Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
WOW JABADHAA IJAA FI GURAA UMATAA TAUU KESAAN AKAANATTI CIMSAA ITTI FUFAA
Akkam ngy kesani isin wari OBN dhima gibira wajin Wal qabate godin H,G,Lixa ana Cirotii wanti midiyaan dabarsu soba jachudhan qonan bulaa kafalta humanan ol gafata jira wri wan isan Jan hin qabane hidhan dararama jiran Qonan Bulan dararama jira daftani Akka qamaa dhimii ilalatuti akkaa nuf dabarsitan kabajan isin gafan tv OBN sagale umatatii,gyan12/4/2017😭😭😭🙏🙏
Anawar Leencaa OROMO ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Worotaa akkanaa kanaa kokee nuqabaa
Ayiii anuwaraa atii leecaa oromotii❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Anwaar nufii jiraadhu
Ayyaaattuu Jabbadhuu❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ani Commentiin dubbisuuf dhufe mee isinoo 😂
WOW anuwaraa gotaa kenyaa nuuf jiradhuu Lencaa oromoo🎉🎉🎉 qabiqabdee😅😅😅
Waa'ee lafarraatti ummanni kenya rakkoo hanga hin qabnnee waalirran kan gahe jiru
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
Walisoo qaqqabdanii aanaa Ammayya fi Qotaa maalif dhiftan jarana😢😢 ? Uummanni baay'ee sin eega jira akka aduu gannaatti. Maaloo🙏
Maloo adaaraa GIA Boor in dhuuftaani Gara Aanaa Hurrumuu
Pleas namoota akkanaa mootummaan adabuu qaba warra birootif barnoota akka ta’utti. bara dhufee darbu uummanni keenya jijjiirama tokko malee rakkinatti taa’ee ilmoo guddidaa jira adaraa keessan jijjiiramaa maaloo.😊
Jabaadhaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Anuwaar ciccimoo akka keetii nuuf baay'istu malee jarri baay'achaa waan jiraniif nu hin jiraachisan
Walisoo gurmaa'n gad deebisa jiru. Waaqni guyyaa tokko biyya kanaaf in farada
Daafqiisiisee 😅😅😅
Hoji dhabddumma dargagota irrati kan xiyyefate miti
OBN Qophiin caayaa ummataa kun bulchisa magaala SHAGGAR kutaa magaalaa SABBATAA osoo dhuftani keessuma kan Aana meetta adduma bulchisni lafaa obbo warqinaa Asaffa nama jedhamu warra maallaqa kanfaleef bira darba kan ijaarsa seeraan alaa jechuun mana kenyaa diigaa jira
Caayaa gallatommi seeraaf dhiyyachuu qabu jarri kun hatuudhaMisoommaa biyyaa duubbatii harkissani
Itti muddi leenca koo!
Guudiin Walisoo osoo qoratamee hin dhumu.
Kanatu biyya kufise
Inni investment heddu isaa hanqaata.
Anawaar Maaluma sifii haa tahu???? Ummaatta misikina tarkafii itti fudhaana jedhani
ka hataa jiruu issumaa matasaatim
Jabaadha
Dhugaan nama dhuguuma nama gingeesitii😅😅
Ittii muddi
Anuwar atii godinaa biraa malee godinaa jimmaa demntee malif hingafannee bulchaa godinaa jimmaa caayaa irrat maloo anuu umman rakkichaa jiraa maloo adaraa kee jimmaa irraa nuu ilaalame
Birhaanu Jedhama Aanaa jeldu magala Gojjoo irraa fullaa kessaani garraa kenyaatti debisaa?
Jaabaduo jaajabada
Dhugaan jirruu kanuma
Isaan hanna lafaa gaggeessa oolu fi Daandii tajaajila hawaasaa oolaa ture cufaa jiru.
😂😂😂😂😂😂
Itti muddi
Malaiii kana qofa ? magalaa kun seeraa qabesumaa irraa seeraa dhabesumaa calaa.
STANDARD PLAN KAN JEDHAMU KENNAMA MALEE IDDO AKKUMATI HIN KENNAMU
dangaa magalaaa ilachisee qoradhuu Anawar.Annaa Walisoo Fi Magalaan Walisoo Waldhibbaa Jiruu Umanii Kamitii Akkaa Buluu Hin Beekamuu Mgalann Kartaa Keena Jira Garuu Ananii Magalaa Malituu Galichee Jedhuu.Wali Harkaa Fudhuu Didanii Jiru
😅😅😅,
Qophiin kessan gaaridha ammas ummanni oromoo rakkoo hedduu keessa jira waliif mudannoo gargaraa dabarsuu dandeenya kessatu magaala Sabbataati
Bulchiinsi magaala walisoo,harka saanii malee,miilli isaanii hanna bare
Gammoo Magalaa Walisoo Kana Kessaa caliqabamee Ta'uu Wagaa Meqaa Lakkofsisee? Yoo Xiqatee Wagaa 10----20 Kan Tureedhaa. Lafaa Tekinikaa Fulduraa.Foqii Hosipitaalaa Gadii.Foqii Leewii Maddii . Fi Kkf Gafadhuu Mee
From where we get the phone number
Magaalaan walisoo magaala godina taate guddini ishii immoo magaalota aanaa godinoota biraa jala jiranii gadi? Lafa mijaawaa akka godina baalee qabdi lafa kanatti fayyadamanii walisoon akka misoomsitan jechuun barbaada!
Maaloo walisoo dhugaa qubummaa hin qaban misoomni tokko hin jiruu daandiin sirrin hin jiruu irrattii Haa hojjatuumuu mee maaloo
Biraanuu kan jedhamtuu kun annaa qofaa hojachaa turtee biroon kan maliif iyyuu miti mal goodha magalan waliso mustina qofaan kan gutamtedha warii amma kunis anumaa nama dhagaaa hin jiraan miltoodhum biraanuu kanatii akka nuf ubataan jechuu Barbaana. Lafa umataa fudhanit faagii abba gadaa dibaanit kartaa basani 300000ti guguratan manachi imatan turee garuu amma gurguratan birr 300000ti kanafuu waee magalaa waliso gaddifageynan otoo laltanii wanuum hajaaa agartuu kunii kunii ispartira madarotaa kessaa otoo galtani laltani kanaa calaa hin sobu isaan kuniis muxaanodhum biraanuu tin gageesuu lafati samamaa jiraa yeroo jennuun hin dhagaaani waraqaa fudhanit dhisuu
❤❤❤❤❤❤

Caayaa gallatommi seeraaf dhiyyachuu qabu jarri kun hatuudha
Misoommaa biyyaa duubbatii harkissani