Yes 💯 Percent we Love To watch King 👑👑👑 Jawer Mohammed Activist King.Jawer Mohammed is the best Leadership Maroo Dirbsaa King Oromia and King Jawer Mohammed and Jawer Mohammed king 👑 Leadership Maroo Dirbsaa is the best Leadership
Wly jawar arra dubbii ijoo hawaasni sababa kaadiree fi kaabineetiin afaan qabamee dubbatuu dadhabee quba isaanii rabbitti ol qabaa jiran gadi baase dhugaa Rabbi 😢
Osoo hin jiiysiin ijaarun hin danda'amu...ani akka nama tokkootti hojiin Amma hijjatamaa jiru kun sirriidha ...garuu ammoo jawaar akkamitti akka laale hin beeku ...sadaarkaan misooma koliidarii Amma irra jiruu kun Ethiopia dhaf sirriidha ... Economical midhamnee biyyaa bareeffachuun salphaadha ...lubbuu itti dhabanii biyya ijaarunuuu ni jira ...kanaaf ani immoo akka nama tokkootti ..yaanni kun osoo xiinxalamee natti tola . Waanuma gadi lakkifameef duuba girrisuu osoo hin taane .
Wallahi magaala maqiitu magaala xiqodha mana didigani baballesani kaasa tokko male ummani booha jira gibira yeroo malee nama gaafatu mee rabbi sodaadha hamma gibira yeroo malee nu gaafatan osoo magaala keessa gadi bu'ani manni seera malee ijaarame heddudha mana gaari ijaarranna seera qabeessa nu godhaa yo jedhan hin sarman isaanis birri maqaa gibiraatin nu saaman tana caala argatu ummata karorri harkaa bade bilxiginnan arge rabbi nurra yaa kaasu allahan suphanahota'ala gubanne wallahi jawee umrii kiyyarran si qooda osoo danda'ame waanan danda'u moo du'aayin si biran dhaabbadha habibi kiyya milki ganda lamaani sihaa waffaqu ❤❤❤❤❤
Rabbin kessa nuf haagaallu mee ummani kenyaa waan hedudhaan midhaama jirraa
Jawrkoo umri naf dheradhu inshaala ni mona nati oromoni hudu sifanjiraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
jawee koo dhugaa jiru kanumaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ati qaalii keena
Abdiyee my bro koo qalii koo jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhuga jawwee gotaa rabi tokko qixee million rabi jawwee kiyyaa❤❤❤
Baayyee galatoomi Abdu keenyaa atillen gama keetiin si jaalanna ❤
Baga nagayaan nuf dhufte abduu qaalii namaa ❤❤❤❤❤
Yomiyyuu nuti jawwee waliin jirra inshallah❤❤
Abdu Fayyaalessa nama jabaadhu ❤
Jawwee keenyaa nuuf jiraadhu walh yoomuu si jaalannaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawarii nufii jiradhukaa umrii nufii djeradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Yaa Rabbii jawar kenyaa umrii nuuf dhiressii dinnaa isaa mataa kessaa dhayii akka malasa gotee saan godhii
Ammmiii Ammmiii Ammmiii Ammmiii Ammmiii Ammmiii Ammmiii ❤❤❤❤❤
Dinaa kenyaa Abiy boyee
Amiiiiin ❤
Osoo ummanni waan nyaate buluuf rakkatu wahee korriidarii haasayuuf fafa.ummanni kenyaa yeroo Amma waan deebisee ittiin ijaaratuu miti waan ittiin diiguuf hedduu rakkataa jira
Jaawwee leecaa kenaa Rabin umurii sii hdhersuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤jawee koo umrii tee amanaa rabbii sii haa tisuu
Hedduu galatoomi Abdu
Jawara Rabbi Fi ummannis wajjiin Jira
Dugaa ummataa Rabbiin haa baasu😢
Jawee Keenyaa nuuf jiraadhu wlh yoomuu si jaalannaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Oromoo tiyya❤Rabbirraa waan kadhattan hin dhabinaa❤rabbin isin haa ijaaru❤maatii naa tahaa❤
Yaa rabbi dadishaa keenna umrii nuuf dheeressi🤲🤲🤲🤲🤲wlh diiggaan manaa nurraa dhaabatuu qaba😢😢😢garaan nugubatee😢😢😢😢
Akkana Kaa dhiira namaa jabaadhuu dafaa gadi nuuf dhiisi sin jaaladhaa❤❤❤❤
Yes 💯 Percent we Love To watch King 👑👑👑 Jawer Mohammed Activist King.Jawer Mohammed is the best Leadership Maroo Dirbsaa King Oromia and King Jawer Mohammed and Jawer Mohammed king 👑 Leadership Maroo Dirbsaa is the best Leadership
Guyyaan naannawee dhufee Waraanaa qabeenya Ummaannii osoo Gaabbiin Minister fayyaatiin wal barreessin Baga Gammachunis Ba'aa walii taatee Congratulations Kitaabni hin Gaabbinuu Ni Barsiifanna Galatoomaa Hawaasnii ❤❤❤
Badhaadhinni Filannon kitaaba Johar hin Gaabbuu dubbisun Gammachisaa humnaafi yaada Mo'ataan kitaabaa Burqaan Dhalootallee ❤❤❤🎉❤❤🤲🤲💞
Abduu bayyee nuu galatiomi hamtuun siin argin jaba namaa jabaadha❤❤
Yarabbi jawaar umiri dheressi
Jawee koo qallii nam umriidhertuu rabii sihaa kenuu❤😢
Jawwee qorichaa dawwee ❤❤❤ittii mudii
Jaweeeee leencaa dhugaaf dhabatee❤❤❤
Reef hiriibbaa.ka.aanii.Jajawee kenyaa itti miccirii ❤❤❤
Jirradhu qalii namaa bayee galatom ❤❤❤❤🎉🎉🎉
Hiiiyyyy jawee umataa rafee kasee wocisisee❤❤❤
King kena jawen❤❤❤❤❤
Jawwee
.abbaa.dhugaa❤❤❤❤.mashallaa. mashallaa. Rabbii.umrii.nuu.haa.dhereessuu.inshallaaaa❤❤❤❤❤❤❤rabbii.ijaa.hamttuu.siraa.haa.qabuu
Ufii rabbii gayee jedhee motumaa binesaa sanii nuraa haa busuu jenaa malee malii gonaa misikinii dhumataa jiraa😭😭😭😭
Wly jawar arra dubbii ijoo hawaasni sababa kaadiree fi kaabineetiin afaan qabamee dubbatuu dadhabee quba isaanii rabbitti ol qabaa jiran gadi baase dhugaa Rabbi 😢
Dhugaa ketii jawwee koo ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Nuuf jiraadhaa ❤❤❤ ilmaanii oromoo ❤❤❤❤💚💚💚💚💚🥀🥀🥀🥀🥀💔💔💔💔💔💔
Maalii Abboo gibirii qaalaee umaata gadaddootii galchaa jira
Galatoomi qaalii nama❤❤❤
Bayye SI jaladha❤️❤️❤️❤️❤️
Barumsa balinaan.siraa baradhe 3 sihordofe jabadhu habibi
Jawweeeee nuuf jiraadhu❤❤❤❤❤
Jawwe 🌿🌿🌿🌿🌿💚🌿💚🌿💚🌿💚💚🌿🌿💚💚🌿
Milisha badiyyaa oromiyaa garagara keessatii waan ummata keenya godha jirtu of nama jibbisiisa
Abduu galatoomi ❤ jawwee my king👑👑👑👑👑👑👑❤❤❤
Dhugaa jawwee My king ❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤ si jaalana. Abdu keenya.
Jawwee koo itti fifii garuu rabbummaan si haa tiksuu
Dugaa isaati❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawee king 🤴 🎉🎉🎉❤❤❤
Galatoomi Abdu ati nama jabaadha sin dinqisiifadha!
Lammiin keenya nama haqa isaa baasee dubbatuuf dabee darara hamaa keessa jira waaqayyoo furmaata nuuf haa laatu abbaan dhuugaa!
Atti misa'ila jawe kenyatti dhuga 👍👍👍👍👍
Jawee ko nujiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤lecaa ko
Dhugaa rabbii dubbaarti ulfaa ajeessani sababa kanan
yeroo keessa teessan hafan qabattanii teessu yammuu biyya bakkee baatan akka harree halattuu kun qabsoo miti qabsoon ummataa ofii kees taanii rakkoo isaa hirmaacha falmu malee duuba taanii miti hafan keessan qabadhaa warri akka Jawar
An Si Deeggaru kootti hin gaabbu Jawwee
Faayidaa motummaankun waggoota 6n kana keessa fideefii miidhaa miyyattiirraa ittise isattin himaa walnuqunnamsiisii abduukoo ani baay,en sijaalladha❤
jawar isaa haacaaluu ajjeesisee miti
jabadhu lenca kiya
❤❤❤❤❤❤❤Jawweer Jawweer WBO1 ❤❤❤❤Jawweer Oromoo1 ❤️❤️❤️💚💚💚🙏🙏🙏🐅
Jawee koo🎉❤❤
Godina arsii aanaa hanqoloo waa ee magaala sanbatee ykn maccituutti mana diigutti jiran gibiras yeroo male gaafatan ummanni rakkoo keessa jira😢😢😢
😢😢😢😢😢
Jawaar Dhugaa jettan laga keessati ofirra gatu qaba 😂👍👍💯
Guddaa Guddaa Galatoomi Abdii 🎉🎉
Rabbiin nagaa haa buusu
Nufii jiradhuu wolhiii🤲☝️🤲☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️🤲☝️☝️☝️☝️☝️☝️🤲☝️🤲☝️🤲🤲☝️🤲☝️🤲🤲☝️🤲☝️🤲☝️🤲☝️🤲☝️🤲☝️🤲☝️🤲☝️🤲☝️🤲☝️🤲🤲☝️🤲☝️☝️☝️🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Jasbaa nama ittii Jawahar Mammad qeequu feeta
Hundissaa dhugaadhaa. Maalituu itti falimaa Abduu gaalatomii
Jaalalaa nama Rabbiin Sihiin kennuu
Jawee jawee jawee jawee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Rabbi nu gargaari waan kana
Abdu qalii Kenya bayeen sijaladha bayen siihordofa
Mari wadasaa mari dhabnee hilumani niwalale hamnee
Dhugaa ketii Abdu❤❤
Dhugaa ❤j🤍🤍🤍🤍🤍🤍🦋🦋🌺🌺
Waayee ijoolee biyya eeshiyaa san ololli deemaa jiruu san quba hin qabduu moo Akkamitti dubachuu dhabdee qaalii Koo garuu baayee isaa nayaadeseera wontti sunii Abdii koo waan sanillee keesa nuu buusimee waayee pppp ijoolee biyya ormaa jiran irratti dhiidaa gegesuuf yaadamaa jira jedha namni gariin Ati wasn kana quba hin qabduu??
Ijoollee Eessa jiraniitii?
@SaraAdem-kz4pn ijoollee suudii jecha oofanii ummani miidiyaa Kuni garuu amanuu hin dandeenyee
jawwe my king❤❤❤
Baggaa Ngy Nu Eyde ati Dhuga Nama jabbadha Utubarotaa Kessa Si Dinqisifadhaa Galatomii brov 🥰
Koriidar ja'i kiroodar hin ja'in
Wayy wayy jawwe 🥰😍🥰 ❤️❤️😍
Jawweekoo ❤❤❤
Nama meeqaatu qabeenya jalaa mancaasani maraate jira wallaahi
Ati waan jawaar fbn odeesse maalif gara sagaleetti nuuf jijjiirta jawaar sagaleen odeessuu walaaleeti wanni kuni sirraa fokkota jijjiirradhu waan odeessitu
Kooridarii jedhi abboo
Dhugaa jawaar ttii😢😢😢
Abdu kenyaa nu jabaadhu
Waee diigumsa manatiratti Namni umriisa guutu qabenya ittidadhabe hojattera buqasanii godanaratti facasa jiran qalbiin namacabee dhukuba adadatiin saxilama jira ilminama maratte ykn ifaajesujira qabenta dhunfasatira ken buqafamu mana miliona 55 tti tilmame gurguru didani kessajiratan arra benya million 2 qofa kenafi jiran sanuu manakira finfine ken wagatakatti nuttiis ara mo boru hinbeknu sodaguddan eegu jira nidiigama nuunjeani jiran Rabbiitubeeka
Kunii bu, aa hasawaa jawaar muhammad
As.wr.wb. Lenca❤koojabaadhu🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Thanks so much my abdu
Namima abiyi bira taa,e jaweeri erga jawee hoji kee moo
Abo afaan sanin buli jawar mahamed
Mari gochuun barreda garuu ummanii rakkoo hamaa kessaa jiraa baatii tokko duraa qorroo qabaani malqaa fidii yookin waraana demtuu jedhaani rebaa turaani kanaa kan godhu dhabaa kanaa Ji,aa tokkoo
rebaama turee kunii maalif ta,ee
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤jowaar❤❤❤❤🎉🎉🎉
Kuin dhugadha asi nanoo shagar hnunduu warii hiyeesi Mana isanii digatanii galnii jirruu worii foqiin hagayoon itumahojatuu nurkaa badee furmaan harkuuma rabiitii
Dhugaa mana digama jiraa bayye rakoodha qabenya bilion machaa jiraa
Nuu jiraadhuu
Jajabadhu
Dhugaadhaa kun garuu
Osoo hin jiiysiin ijaarun hin danda'amu...ani akka nama tokkootti hojiin Amma hijjatamaa jiru kun sirriidha ...garuu ammoo jawaar akkamitti akka laale hin beeku ...sadaarkaan misooma koliidarii Amma irra jiruu kun Ethiopia dhaf sirriidha ... Economical midhamnee biyyaa bareeffachuun salphaadha ...lubbuu itti dhabanii biyya ijaarunuuu ni jira ...kanaaf ani immoo akka nama tokkootti ..yaanni kun osoo xiinxalamee natti tola . Waanuma gadi lakkifameef duuba girrisuu osoo hin taane .
❤❤❤❤❤galatomii.umrii.dheradhuu