Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Hooggansi Lafa Saamsise To'atame :- Caayaa, Buraayyuutti.

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 30 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 2,1 тис.

  • @Dibaba_Gonfa54
    @Dibaba_Gonfa54 8 місяців тому +73

    Ani yaada kooti, gaazexessumman, sagaalee warra abbaa Aangoof otoo hin tanee uummataf sagaalee Tahuudha. Anuwar kanaaf fakkenyaa. Dhugaa kabajaa fi jajjabinaa guddaan siif qaba. Jabaadhu, jiraachun ofirraa darbanii, uummaataf jiraachudha!!!

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому +3

      SANTU SEERA!
      1.qulqullinni magaala burraayyuu fi magariisummaan ishee kutaa magaalaa kamiiTIYYUU OL DHA
      Guyyaa Roobni ROOBE tokko fiiganii dhufanii qeeqa kaasuun madaala hin kaasu!
      As miti Finfinnee hojiileen abbichuuutuu meeqa osoo jiru gama biraatiin naannoon ajaan funyaan nama irraa kutu laakkofsa hin qabu.
      Negative mind n yoomuu negative ma yaada yoomuu
      Even you can see biyyoota gurguddoo sadarkaa Europe jiran safarri qoshaashaanis baayyetu jira
      2.waldaan Sheedii fudhate hojmaataan tahuu qaba.
      Girrisni humnaan balbala cabsee fi turtii kennameefii ol sheedii qabatee keessa turu akkaanis akka maleenis seeratti deebifamuu qaba!
      Boo'ichi qofti dhugaa hin mirkaneessu!
      3.Dhimmi hogganaa milishichaa immoo yeroo kamittuu sanada qulqulleessuf barbaadamuu mala!
      Kanaafis beeksisa irra deddeebbin baasuun sirrii dha!
      Inni ammoo maaliifuu haa tahuu deebii kennuu dhabaatus wanti hunduu adeemsa keessa darbuu qabu keessa darbee beeksisni garagaraa baha
      4.Yeroo gabaabaa jechuun torban tokko/lama osoo jedhamees soba taha.wanti hunduu hojmaata isaa eeggatee deema!marii bilchaataa saadarkaa gadiitii hanga olii fi baajatas barbaachisuu mala! Kanaafis kutannoon itti deemuu dha malee yeroo hanganaa jedhanii jala sararuun irraa hin eeggamu
      5.waa'ee hanna lafaan wal qabatuu hunduu irratti duuluu qabna.bulchituunis kanuma kaaste.
      Step 3 deemuu himte
      #tarkaanfii bulchiinsaa:_jechuun hoggansa dirqama isaa bahachuu didee yeroo lafti saamamtu callise akka hidhamu taasisuu
      #tarkaanfii siyaasaa fi adeemsa seera :-qaama kana godhe irratti qorannoo gadi fagoo godhaa jiraachuufi seeraan kan itti deemamaa jiru tahuu fi kkf kaastee jirti!
      Kanaan alatti comment ballaansaa jibbaansa,falfala,doofummaa,naannummaa fi quuqamaa of fakkeessaa ilaalcha dhokataa diinaa qabatee deemuun kan guuttamee dha!
      Kanaan hamilee hoggansa gameeyyii cabsuun wallaalaa of duuba hiriirsee paartii fi mootummaa keenyatti duula garaa jalaatiif gubbaatiif of qopheessaara!
      Santu seera!

    • @bosonacilaalo4252
      @bosonacilaalo4252 8 місяців тому

      Eeyye dhugaa!
      Jireenya isaa waaqayyo nuuf haa tiksu!

    • @BerhaneGebre-n4e
      @BerhaneGebre-n4e 8 місяців тому

      Eyyeen dhugaadha

  • @metiolfirisa945
    @metiolfirisa945 8 місяців тому +173

    Magaalli Buraayyuu bulchiinsa irratti rakkoo guddaa qabdi. Tajaajila kam iyyuu qarshii malee hin tajaajilan keessumaa biiroo akka Galiiwwanii, ibsaa, bishaanii, Ganda... Hojjettoonni isaanii akka waan gubbaarraa gadi bu'anitti of ilaalu nama tajaajiluuf fedha hin qaban Walumaa galatti caasaan jiru hundi yoo diigamee sirratte malee uuummanni magaalichaa rakkina hamaa keessa jira.
    Anuwaar jabaadhu hojii bareedaa hojjechaa jirta. Rabbi si faana haa ta'u

    • @maranathabekele5448
      @maranathabekele5448 8 місяців тому +4

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому +3

      Dhugaa hin haalamne:-
      Qabxii inni kaasee
      1.qulqullinni magaala burraayyuu fi magariisummaan ishee kutaa magaalaa kamiiyyuu ol!
      Guyyaa Roobni lolaa gare tokko fiiganii dhufanii qeeqa kaasuun madaala hin kaasu!
      As miti Finfinnee hojiileen abbichuu meeqa osoo jiru gama biraatiin naannoon ajaan funyaan nama irraa kutu laakkofsa hin qabu.
      Even you can see biyyoota gurguddoo sadarkaa Europe jiran safarri qoshaashaanis baayyetu jira
      2.wadaan Sheed fudhate hojmaataan tahuu qaba.
      Gurrisni humnaan balbala cabsee fi turtii kennameef ol sheedii qabatee keessa turu akkaanis akka maleenis seeratti deebifamuu qaba!
      Boo'ichi qoft dhugaa hin mirkaneessu!
      3.Dhimmi hogganaa milishichaa immoo yeroo kamittuu sanada qulqulleessuf barbaadamuu mala!
      Kanaafis beeksisa irra deddeebbin baasuun sirrii dha!
      Inni ammoo maaliifuu haa tahuu deebii kennuu dhabaatus wanti hunduu adeemsa keessa darbuu qabu keessa darbee beeksisni garagaraa baha
      4.Yeroo gabaabaa jechuun torban tokko/lama osoo jedhamees soba taha.wanti hunduu hojmaata isaa eeggatee deema!marii bilchaataa saadarkaa gadiitii hanga olii fi baajatas barbaachisuu mala! Kanaafis kutannoon itti deemuu dha malee yeroo hanga jechanii jala sararuun irraa hin eeggamu
      5.waa'ee hanna lafaan wal qabatuu hunduu irratti duuluu qabna.bulchituunis kanuma kaasee.
      Step 3 deemuu himte
      #tarkaanfii bulchiinsaa:_jechuun hoggansa durqama isaa bahachuu didee yeroo lafti saamamtu callise akka hidhamu taasisuu
      #tarkaanfii siyaasaa fi adeemsa seera :-qaama kana godhe irratti qorannoo gadi fagoo godhaa jiraachuufi seeraan kan itti deemamaa jiru tahuu fi kkf kaastee jirti!
      Kanaan alatti comment jibbaansa,falfala,doofummaa,naannummaa fi quuqamaa of fakkeessaa qabuu ilaalcha dhokataa diinaa qabatee deemuun kan guuttamee dha!
      Santu seera!

    • @tadesseasefa4887
      @tadesseasefa4887 8 місяців тому +3

      Harree akka keetittu keessa jira kaa hattuu

    • @SenaSaboka
      @SenaSaboka 8 місяців тому +1

      Anuwaar jabaadhu

    • @citaycitay8664
      @citaycitay8664 8 місяців тому +1

      Dhugaa.ketii.waqaa

  • @JAAFAR-h4b
    @JAAFAR-h4b 8 місяців тому +18

    Wallaahi Ani Namittii Jala saalfadhe Mee Namni Akka kiyya Anawaariin Jaalattan Du'aayii Godhaa fii Rabbi haa Tiiysuu
    Nama Akka Namittii Tana hojii itti kennuun hedduu Nama Gaddisiisa

  • @zamzamaman4581
    @zamzamaman4581 8 місяців тому +19

    Anawar Amantumaan sabaa isaaf hojata jira waggaa kumaa nuf jiradhuu jabaa namaa ♥️♥️

  • @Ethiostudent12
    @Ethiostudent12 8 місяців тому +4

    Rabbi si haa eegu Anwaar Nama akka kee biyyi kuni hin taatuuf. Haa tahuutii garuu atis of eeggannoo guddaa godhu. Jabaadhu Incredible man

  • @odatube9936
    @odatube9936 8 місяців тому +67

    Goota keenyaa Anuwaar jabaadhuu rabbiin Si faana Haa jiraatuu

  • @abebenegasa5348
    @abebenegasa5348 8 місяців тому +67

    Tajaajila Geejibaa Goodina Sh/Lixaa magaalaa Amboo irrattis mee hojjedhu waan raajii fi seera maleessummaa hojimaata buufata konkolaataa keessa jiru agarta. mana hojii abbaa hinqabne

    • @SimeraDebabe
      @SimeraDebabe 8 місяців тому

      Dhuga dubachuf ksn magal ambo wan ajjaiba bara Abiy mit Baruma DArgu lee rakkini ammana wanjjiru hinfakat. Bayye kan irrati hojatamu qabudha. Biyyuman takka irra hin ijjane natti fajacutii ka'ee. Rabii gadi bu'ee haafaradu.

    • @NuredinAbdela-o3j
      @NuredinAbdela-o3j 8 місяців тому

      Eyeen Waan sirreessamuu hedduu Jira garaa Sanaa osoo demtee jaala tiyaa

    • @derejederejeabdisa
      @derejederejeabdisa 8 місяців тому

      Uuuuuuu maaloo kan magaalaa Amboo wan dubaatuu si walaalchisa

  • @megersaasefa6868
    @megersaasefa6868 8 місяців тому +44

    Oromoof oromiyaan nama jabaa kana jabeefachuu qaba galatoomi anwaar 🙏❤

  • @BINYAMINMOHAMMED-ue9sq
    @BINYAMINMOHAMMED-ue9sq 8 місяців тому +5

    This man is incredible. Keep doing the amazing job brother. If this continues…indeed, we will soon see the change we love to see…may Allah protect you.

  • @Tiba.2486
    @Tiba.2486 8 місяців тому +15

    Namnii oromofi quqamaa qabuu jiraatuu hin danda'uu obboleesaa kiyaa Anuwaar rabbiin gudaani sii haa tisuu inshaallaa

  • @ashefikadu3691
    @ashefikadu3691 8 місяців тому +31

    Ogummaa gaazexeesummaa sodaa malee fayyadamteetta, Godinaalee lixa oromiyaa, rakkoo nageenyaa sababa godhatanii uummata boossisaa jira bira nuuf gahi Anuwarikeenyaa🙏

  • @Walin-walumaaf
    @Walin-walumaaf 8 місяців тому +12

    I think this work will increase the acceptance of OBN.....good job....

  • @kennaazawude4534
    @kennaazawude4534 8 місяців тому +20

    Kana akkanaa kun waggaa kumaa nuuf haa jiraatu dhuga ❤️❤️❤️Gaazexxeessa jechuun kana wawoo!!!!

  • @talibnizamteyib2604
    @talibnizamteyib2604 8 місяців тому +6

    Sagalee ummataa kan dhugaa ta'uun keessan hamma jabaadhaa👌

  • @Nahom.m
    @Nahom.m 8 місяців тому +8

    Thank you so much. Burraayyuun wanna gadi fageenyaan ilaalamuu qabdudha.kallattii hundaan!

  • @gemechuboche653
    @gemechuboche653 8 місяців тому +24

    Best Journalist!!!!!. Warrii OBN maloo mucaa kana jajjabessaa. oguumsaa ga'aa ta'ee mucaa kanaaf kennamuu qaba.

  • @user-re9ju9zi1p
    @user-re9ju9zi1p 8 місяців тому +51

    Nama kanaaf Eeggumsa adda gochuu qaba Uummanni qamni mootumma addatti isa ilaallatu please. Atimmo Anuwar please Of eegganno gochuu dandeessu Godhi. Hamtuun sin argiin.1000 jiradhu.Sabaaf barachuun akkana.

  • @gadman44
    @gadman44 8 місяців тому +36

    Galatoomi Anuwaar !
    Deebiin sirrii haa ta'us haa dhiisus yoo xiqqaate namni kun waan gaafatamte deebisuu qabdi ture. Ishiin garuu waanuma haasa'uu barbaadde haasofti. Kun kenniinsi tajaajila uummataa maal keessa akka jiu ifatti mul'isa. Ani baay'een qaana'e dhugaa Waaq !

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому

      Ijaarsa dharaatiin jabaa keenyaa fi hoggansa cimaa keenyaa irratti duulamaa jirtu

  • @FatimaMohammed-ky1fn
    @FatimaMohammed-ky1fn 8 місяців тому +4

    Wollahi rabbii umrii anawar nu hadheerssuu akkanumati itti fufii hoji dhabeyii bayedha garu ilmii nama wanti biyyaa ofi dhisee biyya bahufu tokko kana hogansii magalloota ra jiru gubboo barbadu esa ilmii nama gadi dhabata ::

  • @ShumiArarsa
    @ShumiArarsa 8 місяців тому +7

    Maaloo hanga Gandaatti Gadii Bu'aa Hojedha Waan Gaarii irra Jirtu OBN sagalee Umataa Jabadhaa

  • @obseetemesgen9331
    @obseetemesgen9331 8 місяців тому +20

    big respect Anuwaar! ummata bakka buutee rakkoo ummata akkasiin ifaa baasuun kee baayee kan jajjabeefamu jabadhu! jabaa nama

  • @MamudMieso-vk7sd
    @MamudMieso-vk7sd 8 місяців тому +11

    The best journalist Anuwar Wollaah Rabbii umuri si haa dheeresuu🙏

  • @holysaviour6613
    @holysaviour6613 8 місяців тому +28

    ትክክለኛ ጋዜጠኛ ዕውቀት እና የተማረውን እየተገበረ ያለ ጋዜጠኛ ነው የህዝብ ጥያቄ በትክክል ሚጠይቅ እንደ እሱ ዓይነት ጋዜጠኛ ያብዛልን ሌሎች ከእሱ መማር አለባቸው

  • @ShukriJemsi
    @ShukriJemsi 8 місяців тому +9

    Anii obn hin laaluu turee garuu Akka tasa irraa dhufee hujiin ammaa itti femaa jirtaan Kun hedu takka na tole 👍👍👍

  • @orthofitse6975
    @orthofitse6975 7 місяців тому +1

    Anwaar anaaf qaaliidha. warri miidiyaa OBN hundi keeysan sobaan ragaduu dhiisaatii dhugaaf dhugaa qabadhaa deemaa akka Anwaar kanatti . rabbiin umrii dheeraa haa laatuuf.

  • @SamuelGetinet
    @SamuelGetinet 8 місяців тому +65

    mootummaan gaazexeessaa jabaa kanaaf eegumsa gochuu qaba . inni biraan akka inni sagalee uumataa kanuma caala ta'uuf jajjabeessuu fi badhaasuu qaba warri hattoonni konkolaataa gatii qaaliin deemu inni akkanatti sagalee uummataa ta'u kunimmoo yona mana kiraatti gala mucaan kun sagalee uummataa ta'ee mootummaa gargaaraa jira kanaaf jajjabeeffamuu qaba dhugaa ..... Anawaar goota koo jabaadhu

    • @getahunfikadu8383
      @getahunfikadu8383 8 місяців тому +1

      Kun itti yaadamuu qaba kaabineen quufee namaan ilu!

    • @abiyababso2485
      @abiyababso2485 8 місяців тому

      Hoping fi oduun waiting hin dhufu she is not a woman of work

    • @makeyagirsha6329
      @makeyagirsha6329 8 місяців тому

      Dhugaa keeti wallaahi nama jabeefamu qabudha Anawar mucaa biyyaa kooti nama jabaa fi nama ummaataf jiraatudha rabbii si haa tiksuu

  • @mudinekadir7425
    @mudinekadir7425 8 місяців тому +4

    Anwura I don't know how I can explain you simply you is the special one

  • @danimosisa552
    @danimosisa552 8 місяців тому +15

    Hedduu waan Sodaachisuu Gaazexessaa kana jarrii sirrittii barbaaduu Egumsii addaa hin taasifamuuf taanan jarrii bineeyyiidhaa kessummaa kaabinootaa fi hojjetottnni Burrayuu Mallaqaa malee sammuu duwwadhaa

  • @Saliyaabintshaffi
    @Saliyaabintshaffi 5 місяців тому +2

    Nama dhuga dubatule erga haccetiyu hin sodana rabbin siha egu nuf jiradhuu hojin kee bayee nama bonsaa ❤❤💪💪💪

  • @Kedirkaa-t3g
    @Kedirkaa-t3g 7 місяців тому +3

    Jabaadha itti fufaa

  • @sanchomaaaaa393
    @sanchomaaaaa393 8 місяців тому +53

    intalli waanta gaafatame deebisu dhiiste oduu odeesite😂😂😂😂😂😂anuwaar🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰

  • @ermiasbeyene7246
    @ermiasbeyene7246 8 місяців тому +10

    Sagalee uummataa ta'uun akkasidha!!! Anuwaar qaxalee namaa guddaa galatoomi!!! ❤❤❤🙏🙏🙏

  • @gamachufakadeashude604
    @gamachufakadeashude604 8 місяців тому +15

    Gazeexessummaan akkasi,jabaadhu Kabajamoo Anuwaar.

  • @Esheltube
    @Esheltube 8 місяців тому +2

    Dhugaa baay'eedhuma natti tole
    Gaazexeessaa dhugaa amma arganne

  • @GemechuTsaga
    @GemechuTsaga 7 місяців тому +6

    Anwaar namjabaa Oromoo ❤️💜💜 Utuu Dambi Dolloo dhuftee dhugaa Sobaan Haguugame kana qottee qophii Caayaatti baasta, dhimmichi bara 2013 waajjira Kantiibaa Bul/M/D/Dollootti license hayyama konkolaachisummaa fudhadhee faayila dhuunfaa kootti akkaataa seeraaf qajeelfama hojjetoota mootummaan naannoo Oromiyaa seeraan tumamee jirutti faayila dhuunfaa kootti hidhamee hanga bara 2016tti komataa ta'ee deddeebi'aa jira. ammayyuu konkolaataan haaraan yoo argamellee namoota ofii barbaadan qofaa harka lafa jalaan qacaranii mirgi koo sarbamaa waan jiruuf qophiin jaalatamaan Caayaa OBN Maal naan jettu. Yaada keessan TV OBNtiin nan eega! jabaadhaa!

  • @mergabeyene1803
    @mergabeyene1803 8 місяців тому +15

    Ishumaayyuu attamiin biirootti ishii argate gooftaa kiyya. Ajaa'iba!!

    • @G2Pay544
      @G2Pay544 8 місяців тому +1

      jaanjoo biiroo miti kun Studio OBN

    • @danieldejene851
      @danieldejene851 8 місяців тому

      😂😂😂😂😂​@@G2Pay544

    • @danieldejene851
      @danieldejene851 8 місяців тому

      ​@@G2Pay544😄😄😂😊

    • @DeguBekele
      @DeguBekele 8 місяців тому +1

      Isheetu waamamteetu gara OBN deeme natti fakkaata. iasaanis akkasuma jedhan.

    • @AbuAbdo-r5c
      @AbuAbdo-r5c 8 місяців тому

      Natii tolee jira komentii kee dawalee wamee malee

  • @hailufikre4402
    @hailufikre4402 8 місяців тому +8

    Yaa Rabbi safuu! Ayi yaa nama Kutaa Magaalaa Buraayyuu bulchu kanaa! Oromoo fi Oromiyaan nama barate hin dhabne mitii garuu!

  • @DinkisaDaba-r3q
    @DinkisaDaba-r3q 8 місяців тому +12

    namnii wan oddeessu beekee ,wan bulchuus beekaa ,anuwaar jabaadhuu

  • @NsnsAjaja
    @NsnsAjaja 2 місяці тому

    Umurii dheeraa jiraadhu rabbii sifana haa ta'uu

  • @NuuBar-uj7zk
    @NuuBar-uj7zk 8 місяців тому +9

    Mucaa kana haala adda ta'een eegumsii godhamuufi qaba anuwar nama addaati nama ummataaf jiraatuudha umurii dheeraa siif haa keennu

  • @alemayehujaleta1246
    @alemayehujaleta1246 8 місяців тому +13

    Waa'ee Kutaa Magaalichaa hin beektu. Isheen Magaalicha keessa hin jiraattu,Nama waa'ee Magaalicha beeku Muuduu dhabuun bu'aan isaa kana . Oduu fi hojiin tokko miti,Isheen Hasaa qofa dandeessi malee waa'ee tarsiimoo Magaalaa hin beektu. Warri OBN Sagantaa Caayaa Galatooma. Osoo Naannoo Bishaan Gafarsaa ilaaltan ta'ee waan Ajaa'ibaa ilaaltu ture.

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому

      SANTU SEERA!
      1.qulqullinni magaala burraayyuu fi magariisummaan ishee kutaa magaalaa kamiiTIYYUU OL DHA
      Guyyaa Roobni ROOBE tokko fiiganii dhufanii qeeqa kaasuun madaala hin kaasu!
      As miti Finfinnee hojiileen abbichuuutuu meeqa osoo jiru gama biraatiin naannoon ajaan funyaan nama irraa kutu laakkofsa hin qabu.
      Negative mind n yoomuu negative ma yaada yoomuu
      Even you can see biyyoota gurguddoo sadarkaa Europe jiran safarri qoshaashaanis baayyetu jira
      2.waldaan Sheedii fudhate hojmaataan tahuu qaba.
      Girrisni humnaan balbala cabsee fi turtii kennameefii ol sheedii qabatee keessa turu akkaanis akka maleenis seeratti deebifamuu qaba!
      Boo'ichi qofti dhugaa hin mirkaneessu!
      3.Dhimmi hogganaa milishichaa immoo yeroo kamittuu sanada qulqulleessuf barbaadamuu mala!
      Kanaafis beeksisa irra deddeebbin baasuun sirrii dha!
      Inni ammoo maaliifuu haa tahuu deebii kennuu dhabaatus wanti hunduu adeemsa keessa darbuu qabu keessa darbee beeksisni garagaraa baha
      4.Yeroo gabaabaa jechuun torban tokko/lama osoo jedhamees soba taha.wanti hunduu hojmaata isaa eeggatee deema!marii bilchaataa saadarkaa gadiitii hanga olii fi baajatas barbaachisuu mala! Kanaafis kutannoon itti deemuu dha malee yeroo hanganaa jedhanii jala sararuun irraa hin eeggamu
      5.waa'ee hanna lafaan wal qabatuu hunduu irratti duuluu qabna.bulchituunis kanuma kaaste.
      Step 3 deemuu himte
      #tarkaanfii bulchiinsaa:_jechuun hoggansa dirqama isaa bahachuu didee yeroo lafti saamamtu callise akka hidhamu taasisuu
      #tarkaanfii siyaasaa fi adeemsa seera :-qaama kana godhe irratti qorannoo gadi fagoo godhaa jiraachuufi seeraan kan itti deemamaa jiru tahuu fi kkf kaastee jirti!
      Kanaan alatti comment ballaansaa jibbaansa,falfala,doofummaa,naannummaa fi quuqamaa of fakkeessaa ilaalcha dhokataa diinaa qabatee deemuun kan guuttamee dha!
      Kanaan hamilee hoggansa gameeyyii cabsuun wallaalaa of duuba hiriirsee paartii fi mootummaa keenyatti duula garaa jalaatiif gubbaatiif of qopheessaara!
      Santu seera!

    • @teshomelidetu8947
      @teshomelidetu8947 8 місяців тому

      Essatti hojjetaaf gaggeessaa waajiraa wal argee beeka silas warruma oduu sa'a 24 odeessuu danda'utu gagggeessa jedhamee muudama

  • @tigistayano3767
    @tigistayano3767 8 місяців тому +5

    Yaa Oromiyaa namoota akkanaa bulaa jirtii😢😢

  • @bonsatibeso528
    @bonsatibeso528 8 місяців тому +3

    Leencaa koo jabaadhu dhugaa ❤

  • @Esheltube
    @Esheltube 8 місяців тому +1

    Kun itti fufnaan gaaffiin ummata keenyaa deebii sirrii argate jechuudha. Gaazexeessaa kana haa dumsinuun dhaamsa kooti
    Namni nama haqaati

  • @pastorratatayeofficialtube9704
    @pastorratatayeofficialtube9704 8 місяців тому +4

    Perfect Journalist, perfect place, right time!!

  • @gemechuchali5288
    @gemechuchali5288 8 місяців тому +4

    Namni ilaalcha isaa hanga hin qulqulleessinetti akkamitti waa'ee qulqullina magaalaa yaaduu danda'aree? Dhugaa dubbachuuf hojiin Anuwaar hojjechaa jiru kan jajjabeeffamuu qabuudha. Jabaa keenyaa nuu jiraadhu!!!❤️❤️❤️❤️

  • @DemieKebede
    @DemieKebede 8 місяців тому +8

    Good start that indicates deep comittiment. If Caayaa continues like this with no compromise, we will see real change in the near future. We are in great shame because of adopted fake reports in our country.
    Thank You for created opportunity!!!

  • @AbduRahman-zm2no
    @AbduRahman-zm2no 8 місяців тому

    Dhugaa dubaachuufi kabinee kutaa oromiyyaa hudii sirtii qortaamuu qabaa duruuyotaa biyyaa keenyaataatuu hatuu rabbiin isii hadhabaamaa hagodhuu. Jazibaa kan ishii maqaa oromoo batee galaatomii anuhaar keenyaa sabonaa oromoo ❤❤❤

  • @AbduRahman-zm2no
    @AbduRahman-zm2no 8 місяців тому +1

    Lafaa oromoo kanii eguu fayisee yokanii adaaneechii ababeefi anuhaar isinii lamaan bayee bayee bayee bayee galaatomaa ❤

  • @GammeeMan-rx1jg
    @GammeeMan-rx1jg 8 місяців тому +14

    Dhugaa dubbachuuf OBN waan gaarii nuuf eegaltan. kana dura waan hojjechuu otuu dandeessanii bira taraa turtan amma garuu waan nuuf eegaltaniif Galatoomaa!
    Magaala buraayyuutti sirni bulchiinsaa baay'ee gadi fageenyaa nuuf haa qoratamu. please Ishiidhuma mataa ishee nuuf haa qoratamtu

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому

      SANTU SEERA!
      1.qulqullinni magaala burraayyuu fi magariisummaan ishee kutaa magaalaa kamiiTIYYUU OL DHA
      Guyyaa Roobni ROOBE tokko fiiganii dhufanii qeeqa kaasuun madaala hin kaasu!
      As miti Finfinnee hojiileen abbichuuutuu meeqa osoo jiru gama biraatiin naannoon ajaan funyaan nama irraa kutu laakkofsa hin qabu.
      Negative mind n yoomuu negative ma yaada yoomuu
      Even you can see biyyoota gurguddoo sadarkaa Europe jiran safarri qoshaashaanis baayyetu jira
      2.waldaan Sheedii fudhate hojmaataan tahuu qaba.
      Girrisni humnaan balbala cabsee fi turtii kennameefii ol sheedii qabatee keessa turu akkaanis akka maleenis seeratti deebifamuu qaba!
      Boo'ichi qofti dhugaa hin mirkaneessu!
      3.Dhimmi hogganaa milishichaa immoo yeroo kamittuu sanada qulqulleessuf barbaadamuu mala!
      Kanaafis beeksisa irra deddeebbin baasuun sirrii dha!
      Inni ammoo maaliifuu haa tahuu deebii kennuu dhabaatus wanti hunduu adeemsa keessa darbuu qabu keessa darbee beeksisni garagaraa baha
      4.Yeroo gabaabaa jechuun torban tokko/lama osoo jedhamees soba taha.wanti hunduu hojmaata isaa eeggatee deema!marii bilchaataa saadarkaa gadiitii hanga olii fi baajatas barbaachisuu mala! Kanaafis kutannoon itti deemuu dha malee yeroo hanganaa jedhanii jala sararuun irraa hin eeggamu
      5.waa'ee hanna lafaan wal qabatuu hunduu irratti duuluu qabna.bulchituunis kanuma kaaste.
      Step 3 deemuu himte
      #tarkaanfii bulchiinsaa:_jechuun hoggansa dirqama isaa bahachuu didee yeroo lafti saamamtu callise akka hidhamu taasisuu
      #tarkaanfii siyaasaa fi adeemsa seera :-qaama kana godhe irratti qorannoo gadi fagoo godhaa jiraachuufi seeraan kan itti deemamaa jiru tahuu fi kkf kaastee jirti!
      Kanaan alatti comment ballaansaa jibbaansa,falfala,doofummaa,naannummaa fi quuqamaa of fakkeessaa ilaalcha dhokataa diinaa qabatee deemuun kan guuttamee dha!
      Kanaan hamilee hoggansa gameeyyii cabsuun wallaalaa of duuba hiriirsee paartii fi mootummaa keenyatti duula garaa jalaatiif gubbaatiif of qopheessaara!
      Santu seera!

    • @GammeeMan-rx1jg
      @GammeeMan-rx1jg 8 місяців тому +1

      Maali namako waan gurshamte qabdamoo silaa buraayyuun milishaayyuu gurshaadhaani kan ergan. malee barnootaan quubsanii erganii hin beekani, kanaafi milishaanumtillee dhala namaaf kabaja dhowwatee akka saree daandii walakkaatti nama ifatu.
      yoomuu dhugaan akka mo'u amantii guddaan qaba. dhugaan immoo buraayyuurraa fagaateera. intala adaadaa fi eessumatu bakka tokko hojjeta. qabxii namoonni gurguran isinuma keessa, faayidaawwaan karaa waajiraa keessanii dhufu isintu uummata dura dhamdhamee xumura, maaliree kun waajira seera beeku nujechisiisaa?
      dhugaa jirtu sitti himuu mana fincaanii kan hin qulqulleessine, keessi garaa isaanii akkuma sana foolii fokkataa qaba.
      @@mahdihussein4927

  • @sultanoroapp
    @sultanoroapp 8 місяців тому +4

    Anwar heddu sii dinqiisiifadha jabaadhu rabbii sii haa gargaaru caayan kee wly suusi natti ta'ee ❤❤❤❤❤❤❤

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому

      SANTU SEERA!
      1.qulqullinni magaala burraayyuu fi magariisummaan ishee kutaa magaalaa kamiiTIYYUU OL DHA
      Guyyaa Roobni ROOBE tokko fiiganii dhufanii qeeqa kaasuun madaala hin kaasu!
      As miti Finfinnee hojiileen abbichuuutuu meeqa osoo jiru gama biraatiin naannoon ajaan funyaan nama irraa kutu laakkofsa hin qabu.
      Negative mind n yoomuu negative ma yaada yoomuu
      Even you can see biyyoota gurguddoo sadarkaa Europe jiran safarri qoshaashaanis baayyetu jira
      2.waldaan Sheedii fudhate hojmaataan tahuu qaba.
      Girrisni humnaan balbala cabsee fi turtii kennameefii ol sheedii qabatee keessa turu akkaanis akka maleenis seeratti deebifamuu qaba!
      Boo'ichi qofti dhugaa hin mirkaneessu!
      3.Dhimmi hogganaa milishichaa immoo yeroo kamittuu sanada qulqulleessuf barbaadamuu mala!
      Kanaafis beeksisa irra deddeebbin baasuun sirrii dha!
      Inni ammoo maaliifuu haa tahuu deebii kennuu dhabaatus wanti hunduu adeemsa keessa darbuu qabu keessa darbee beeksisni garagaraa baha
      4.Yeroo gabaabaa jechuun torban tokko/lama osoo jedhamees soba taha.wanti hunduu hojmaata isaa eeggatee deema!marii bilchaataa saadarkaa gadiitii hanga olii fi baajatas barbaachisuu mala! Kanaafis kutannoon itti deemuu dha malee yeroo hanganaa jedhanii jala sararuun irraa hin eeggamu
      5.waa'ee hanna lafaan wal qabatuu hunduu irratti duuluu qabna.bulchituunis kanuma kaaste.
      Step 3 deemuu himte
      #tarkaanfii bulchiinsaa:_jechuun hoggansa dirqama isaa bahachuu didee yeroo lafti saamamtu callise akka hidhamu taasisuu
      #tarkaanfii siyaasaa fi adeemsa seera :-qaama kana godhe irratti qorannoo gadi fagoo godhaa jiraachuufi seeraan kan itti deemamaa jiru tahuu fi kkf kaastee jirti!
      Kanaan alatti comment ballaansaa jibbaansa,falfala,doofummaa,naannummaa fi quuqamaa of fakkeessaa ilaalcha dhokataa diinaa qabatee deemuun kan guuttamee dha!
      Kanaan hamilee hoggansa gameeyyii cabsuun wallaalaa of duuba hiriirsee paartii fi mootummaa keenyatti duula garaa jalaatiif gubbaatiif of qopheessaara!
      Santu seera!

    • @sultanoroapp
      @sultanoroapp 8 місяців тому

      Bro wol sobooni hin barbaachisu waan kaadireen ummata miskiina godhaa jirtu kabajaa maaltu jaraan malaa

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому

      @@sultanoroapp akkasiimii?

    • @Abdisa2024
      @Abdisa2024 8 місяців тому

      ​@@mahdihussein4927 .hadhaa hiyyesaa jalaa mana ena digdan xiqquma ishee issinittin hin dhaga'amu! Issin kessa ego gutte jira

  • @abdiwakurgessa3154
    @abdiwakurgessa3154 8 місяців тому +12

    JABAA NAMAA RABBI UMURII SIIF HAA KENNU. JABAA BIYYAA FI MISOOMA BIYYAA FI GUDDINA BIYYAA CARRAAQU.

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому

      SANTU SEERA!
      1.qulqullinni magaala burraayyuu fi magariisummaan ishee kutaa magaalaa kamiiTIYYUU OL DHA
      Guyyaa Roobni ROOBE tokko fiiganii dhufanii qeeqa kaasuun madaala hin kaasu!
      As miti Finfinnee hojiileen abbichuuutuu meeqa osoo jiru gama biraatiin naannoon ajaan funyaan nama irraa kutu laakkofsa hin qabu.
      Negative mind n yoomuu negative ma yaada yoomuu
      Even you can see biyyoota gurguddoo sadarkaa Europe jiran safarri qoshaashaanis baayyetu jira
      2.waldaan Sheedii fudhate hojmaataan tahuu qaba.
      Girrisni humnaan balbala cabsee fi turtii kennameefii ol sheedii qabatee keessa turu akkaanis akka maleenis seeratti deebifamuu qaba!
      Boo'ichi qofti dhugaa hin mirkaneessu!
      3.Dhimmi hogganaa milishichaa immoo yeroo kamittuu sanada qulqulleessuf barbaadamuu mala!
      Kanaafis beeksisa irra deddeebbin baasuun sirrii dha!
      Inni ammoo maaliifuu haa tahuu deebii kennuu dhabaatus wanti hunduu adeemsa keessa darbuu qabu keessa darbee beeksisni garagaraa baha
      4.Yeroo gabaabaa jechuun torban tokko/lama osoo jedhamees soba taha.wanti hunduu hojmaata isaa eeggatee deema!marii bilchaataa saadarkaa gadiitii hanga olii fi baajatas barbaachisuu mala! Kanaafis kutannoon itti deemuu dha malee yeroo hanganaa jedhanii jala sararuun irraa hin eeggamu
      5.waa'ee hanna lafaan wal qabatuu hunduu irratti duuluu qabna.bulchituunis kanuma kaaste.
      Step 3 deemuu himte
      #tarkaanfii bulchiinsaa:_jechuun hoggansa dirqama isaa bahachuu didee yeroo lafti saamamtu callise akka hidhamu taasisuu
      #tarkaanfii siyaasaa fi adeemsa seera :-qaama kana godhe irratti qorannoo gadi fagoo godhaa jiraachuufi seeraan kan itti deemamaa jiru tahuu fi kkf kaastee jirti!
      Kanaan alatti comment ballaansaa jibbaansa,falfala,doofummaa,naannummaa fi quuqamaa of fakkeessaa ilaalcha dhokataa diinaa qabatee deemuun kan guuttamee dha!
      Kanaan hamilee hoggansa gameeyyii cabsuun wallaalaa of duuba hiriirsee paartii fi mootummaa keenyatti duula garaa jalaatiif gubbaatiif of qopheessaara!
      Santu seera!

  • @bb1tube191
    @bb1tube191 8 місяців тому +4

    Namaa akkaana Aangoorraa Keessaanitu Dhalootaf Saba Jonjeesitu waa’een kun yeroo dhihooti furmaata argaachuu qaba , Gazeexesa Anuwar Thank you so much keep it up you doing amazing idea 🤙🏼

  • @BokimTube
    @BokimTube 8 місяців тому +1

    Kutaa Magaalaa Burraayyuu jechuun sammuu ittiin qarshii nama saamaan malee hubannoo fi beekumsa ittiin ummata tajaajilaan kan qaban hojjettoota muraasadha. Milishaa isaanii dabalatee amma waardiyyaa achi keessaatti hundi isaanii tokkodha. Buraayyuu jechuun bakka saamichaa ,bakka haati hiyyeessaa itti dhiiga boossu tajaajila kamiyyuu qarshii malee argachuu hin dandeessu waraqaa eenyummaa dabalatee dhiigaa namaa dhugu yoo jenne nama hin sobsiisu.Bulchiinsa magaalaa burraayyuutti yoo komii kaastee akka harree mana gadi si baasanii ykn karaarratti akka saree si reebu, Waa'ee Buraayyuu rakkina ishee yoo ni barreessina jennee hin xumurruu waaqayyoo murtii isaa haa kennu malee.

  • @tediadugna99581
    @tediadugna99581 8 місяців тому +11

    BILTSIGINNAAN reefuu nama tokkoo argattee yoo nyaachuu baatte

  • @AbdurahmanMuktar-v5b
    @AbdurahmanMuktar-v5b 8 місяців тому +4

    best journalist Anewar jemal i amazing you ❤

  • @Wabii_Irbooricha
    @Wabii_Irbooricha 8 місяців тому +6

    Anuwaar hiika gaazexeessummaa sirriitti hubateera. Gaazexeessaa jechuun isa! Bukoo waajjiraalee mootummaa keessa jiruuf kun ragaa xiqqoodha. Jabaadhu Anuwaar keenta!

  • @AbduRahman-zm2no
    @AbduRahman-zm2no 8 місяців тому

    Dhugaa rabbii anuuhaar rabbiin umuurkee hadheeresuu mashallaa hatuu bayee maqaa oromoontii dargaagoo iraatii hojii cufaaruu qabidee jabaadhuu hadaaraa jimaamm demii hadaaraa hadaaraa osoo naminiitoo osoo si i. Hin arginii akumaa kanaa

  • @tadessegosaye6057
    @tadessegosaye6057 8 місяців тому +2

    what a fantastic journalist! please do care. jabaa keenyaa uummatni guutuun siin boonaa jabadhuu waqayyoon si haa tiiksuu! keep it up!

  • @DawitDiba
    @DawitDiba 8 місяців тому +4

    Gurbaa rasaasa kanaaf kabajatuu malaaf anuwaar❤❤❤❤

  • @aberalachisa9319
    @aberalachisa9319 8 місяців тому +11

    Waaqayyootti dabarsinee dhiifneerra kansaanii!!!!!
    Ayaanni torban kanaa jedhaniitu waan ittiin hoolaa bitatan qorqoorroo hiyyeessaa saamu. Biiroo Mootummaatti waamanii qarshii gaafatu. Xiqum nuu hir'isii jedhamee yeroo gaafatamu ''nama 20tu hirata waan ta'eef wal-hingahu'' jedhe. Gurmaa'anii waan hataniif abadan furmaatni isaan biraa ni argama jedhamee hin yaadamu. Bulchiinsa Magaalaa irraa jalqabee hanga gadiitti Bulchiinsi gaarin hin jiru yoo jedhame waan dhugaa irraa fagaatu miti. Gaaffii gaafatamtee deebii deebisuu dadhabuu ishii irraayyuu hubachuun ni danda'ama. Kanaafuu Bulchiinsa Gaarii iddootti deebisuuf qaama dhimmi ilaalu irraa kutannoon hojjachuun ni barbaachisa, Olaantummaan Seeraas Kabajamuu qaba. 🐊🐊🐊🐊🐊🐊🐊🐊Dhumne nuu birmadhaa.

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому

      Dhugaa hin haalamne:-
      Qabxii inni kaasee
      1.qulqullinni magaala burraayyuu fi magariisummaan ishee kutaa magaalaa kamiiyyuu ol!
      Guyyaa Roobni lolaa gare tokko fiiganii dhufanii qeeqa kaasuun madaala hin kaasu!
      As miti Finfinnee hojiileen abbichuu meeqa osoo jiru gama biraatiin naannoon ajaan funyaan nama irraa kutu laakkofsa hin qabu.
      Even you can see biyyoota gurguddoo sadarkaa Europe jiran safarri qoshaashaanis baayyetu jira
      2.wadaan Sheed fudhate hojmaataan tahuu qaba.
      Gurrisni humnaan balbala cabsee fi turtii kennameef ol sheedii qabatee keessa turu akkaanis akka maleenis seeratti deebifamuu qaba!
      Boo'ichi qoft dhugaa hin mirkaneessu!
      3.Dhimmi hogganaa milishichaa immoo yeroo kamittuu sanada qulqulleessuf barbaadamuu mala!
      Kanaafis beeksisa irra deddeebbin baasuun sirrii dha!
      Inni ammoo maaliifuu haa tahuu deebii kennuu dhabaatus wanti hunduu adeemsa keessa darbuu qabu keessa darbee beeksisni garagaraa baha
      4.Yeroo gabaabaa jechuun torban tokko/lama osoo jedhamees soba taha.wanti hunduu hojmaata isaa eeggatee deema!marii bilchaataa saadarkaa gadiitii hanga olii fi baajatas barbaachisuu mala! Kanaafis kutannoon itti deemuu dha malee yeroo hanga jechanii jala sararuun irraa hin eeggamu
      5.waa'ee hanna lafaan wal qabatuu hunduu irratti duuluu qabna.bulchituunis kanuma kaasee.
      Step 3 deemuu himte
      #tarkaanfii bulchiinsaa:_jechuun hoggansa durqama isaa bahachuu didee yeroo lafti saamamtu callise akka hidhamu taasisuu
      #tarkaanfii siyaasaa fi adeemsa seera :-qaama kana godhe irratti qorannoo gadi fagoo godhaa jiraachuufi seeraan kan itti deemamaa jiru tahuu fi kkf kaastee jirti!
      Kanaan alatti comment jibbaansa,falfala,doofummaa,naannummaa fi quuqamaa of fakkeessaa qabuu ilaalcha dhokataa diinaa qabatee deemuun kan guuttamee dha!
      Santu seera!

  • @yadanoasefa
    @yadanoasefa 8 місяців тому +10

    the first man in OBN WE LOVE

  • @ShumiArarsa
    @ShumiArarsa 8 місяців тому +1

    Namicha interview (Gaazizeesichi) Badhaafamuu Qaba. Wow Nama Addaatti

  • @HabibUmer-qg9up
    @HabibUmer-qg9up 7 місяців тому +1

    Anuwar goota kenyaa jabadhu rabbin si agaagaru

  • @kenasajaleta3864
    @kenasajaleta3864 8 місяців тому +6

    Jecha beekamaa kaabineef kaadireen fayyadamtu, "Hojii baay'ee hojjenne, ................. Gara fuulduraattis irratti hijjetamaa jira...................Yeroo gabaabaa keessatti raawwanna...................!" jedhu, sobaa/dabaa. Bara safuun bade, yeros biyyi bade!

  • @gudisadibaba-cq4sn
    @gudisadibaba-cq4sn 8 місяців тому +5

    Hoogganaa ijaa jabeessa ta'uuf dhugaan uummata tajaajiluun furmaata!

  • @etefaneme
    @etefaneme 8 місяців тому +4

    Abo dhugaarra buli waliin dhooftuu akkanaatu uummata burjaajjessaa oola. Ati nuuf jiradhu anwar❤️❤️

  • @akmaltube5257
    @akmaltube5257 8 місяців тому +1

    Namittiin gaafii haafatamtecdhiifte ibsa kenniti

  • @Nahom.m
    @Nahom.m 8 місяців тому +2

    Thank you OBN.

  • @Lachisa-lk6mw
    @Lachisa-lk6mw 8 місяців тому +5

    Akkaanumaatii itti fufii haqaa uumata saxilii sii dukaa jira❤

  • @dulamohammad4982
    @dulamohammad4982 8 місяців тому +5

    You the best journalist ever bro

  • @gelemoke8634
    @gelemoke8634 8 місяців тому +5

    Goota keenyaa Anuwaar jabaadhuu!!!!!!!!!!!!!

  • @Abdulhamid-uw2pc
    @Abdulhamid-uw2pc 5 місяців тому +1

    Anawaar. Rabbiin guddaan si ha tiksuu ❤❤😊 mee gara ana dodotaa deemii walahii. Kabinee takka hin argattuu keesattuuu waajira lafati xiyyeefadhuu. Galatoomii qaalii nama 😊❤

  • @AbdurezakUma
    @AbdurezakUma 4 місяці тому

    Anawar nama biiyyaf dhaabatedhaa rabbin siha egu dhiiro

  • @oromoforomiya
    @oromoforomiya 8 місяців тому +11

    Sagalee ummata kan jedhamu isa kan kuno sagantaa caayaa kan jajjabeesu dirqama hundaa kenyaati❤❤❤❤❤

  • @maramesolomon6268
    @maramesolomon6268 8 місяців тому +5

    Yoo akka kanana itti fufee biyii Kun gudhaachuu jalqabdee jechuudha❤

  • @ObsaDeresa
    @ObsaDeresa 8 місяців тому +11

    Buraayyuu Siirriitan Beeka Bara 2009 hanga 2011 Magaalaa Kana Jiraachaan ture ani. Magaalaan Kun Malaammaltummaa achi jiruun "Guinness Book" irrati gaalma'uu Magaalaa qabduudha Jedheen Yaada an. Gaashe Muusinaatu fi Aadde Muusinnatu guutee jira Bulchiinsa Magaalaa kana keessaa. Warri OBN Jabaadha Warra Akkanaa Saaxilaa ViVa OBN .

    • @mahdihussein4927
      @mahdihussein4927 8 місяців тому +1

      SANTU SEERA!
      1.qulqullinni magaala burraayyuu fi magariisummaan ishee kutaa magaalaa kamiiTIYYUU OL DHA
      Guyyaa Roobni ROOBE tokko fiiganii dhufanii qeeqa kaasuun madaala hin kaasu!
      As miti Finfinnee hojiileen abbichuuutuu meeqa osoo jiru gama biraatiin naannoon ajaan funyaan nama irraa kutu laakkofsa hin qabu.
      Negative mind n yoomuu negative ma yaada yoomuu
      Even you can see biyyoota gurguddoo sadarkaa Europe jiran safarri qoshaashaanis baayyetu jira
      2.waldaan Sheedii fudhate hojmaataan tahuu qaba.
      Girrisni humnaan balbala cabsee fi turtii kennameefii ol sheedii qabatee keessa turu akkaanis akka maleenis seeratti deebifamuu qaba!
      Boo'ichi qofti dhugaa hin mirkaneessu!
      3.Dhimmi hogganaa milishichaa immoo yeroo kamittuu sanada qulqulleessuf barbaadamuu mala!
      Kanaafis beeksisa irra deddeebbin baasuun sirrii dha!
      Inni ammoo maaliifuu haa tahuu deebii kennuu dhabaatus wanti hunduu adeemsa keessa darbuu qabu keessa darbee beeksisni garagaraa baha
      4.Yeroo gabaabaa jechuun torban tokko/lama osoo jedhamees soba taha.wanti hunduu hojmaata isaa eeggatee deema!marii bilchaataa saadarkaa gadiitii hanga olii fi baajatas barbaachisuu mala! Kanaafis kutannoon itti deemuu dha malee yeroo hanganaa jedhanii jala sararuun irraa hin eeggamu
      5.waa'ee hanna lafaan wal qabatuu hunduu irratti duuluu qabna.bulchituunis kanuma kaaste.
      Step 3 deemuu himte
      #tarkaanfii bulchiinsaa:_jechuun hoggansa dirqama isaa bahachuu didee yeroo lafti saamamtu callise akka hidhamu taasisuu
      #tarkaanfii siyaasaa fi adeemsa seera :-qaama kana godhe irratti qorannoo gadi fagoo godhaa jiraachuufi seeraan kan itti deemamaa jiru tahuu fi kkf kaastee jirti!
      Kanaan alatti comment ballaansaa jibbaansa,falfala,doofummaa,naannummaa fi quuqamaa of fakkeessaa ilaalcha dhokataa diinaa qabatee deemuun kan guuttamee dha!
      Kanaan hamilee hoggansa gameeyyii cabsuun wallaalaa of duuba hiriirsee paartii fi mootummaa keenyatti duula garaa jalaatiif gubbaatiif of qopheessaara!
      Santu seera!

  • @dasshGsafh
    @dasshGsafh 8 місяців тому +1

    maaloo goodina baalee aana harena buluk angeetu koota pls

  • @Gegshzemichael
    @Gegshzemichael 8 місяців тому

    Magalaa kenyaa burayyuu yadatani dhufukesaniif jalalaa gudaa isiniif qabnaa
    Kanattii ansudhaan yadin anii qabuu namnii kun iraa debidhaan nugafatamuu qabu ❤❤❤

  • @GamachisaGaramu
    @GamachisaGaramu 8 місяців тому +5

    Obn reefuu sagalee uummata ta'a jirtu

  • @KebedeBekele-g4s
    @KebedeBekele-g4s 8 місяців тому +1

    Ay kaabinee siruma amanuun hin jiru baayyee nama gaddisiisa ufffffff sabni keenyaa gaafa oromoon aangoo qabateelle akkanatti burjaaja'a jira.Maaloo bulchiinsa magaala Bishooftuu illee koottaati gudii keenyaa ilaala waa'ee gurmii lafaa,waraqaa eenyummaa.......tajaajila tokko qarshii malee argachuun hin danda'aamu baayyee gubannee bar

    • @muumee529
      @muumee529 8 місяців тому

      Isheenoo maqaama isheeyyuu hin beektu yoona

  • @AbdullahKajela
    @AbdullahKajela 3 місяці тому

    Kuni dubiin dubbii siyasaati mittii jedhii ❤❤❤ anawar kenyaa heduu galatommi

  • @jemsireally
    @jemsireally 8 місяців тому +1

    Tun intalti hojii irraayis ari'amtee adabbiin cimaan itti kennamuu qaba dhugaa rabbi.
    Smart ishii haa baduu 🏌️

  • @shifasirko
    @shifasirko 8 місяців тому +1

    Gaazexessaa himaa fi quuqama Sabaa qabu❤! Kan akka isaa kun nuuf haa baay'atuu!

    • @shifasirko
      @shifasirko 8 місяців тому +1

      Gaazexessaa cimaa, hayyuu fi quuqama sabaa qabu!

    • @shifasirko
      @shifasirko 8 місяців тому

      Proud of media!

  • @godisgoodallthetime3198
    @godisgoodallthetime3198 7 місяців тому +1

    My God
    Hoggaansa akkana ta'urraa hojii dhabaa ta'anii ta'uu sanatu filaatama
    Maal mucayyoon waan haasoftu waalalte ajab

  • @NalkomJb
    @NalkomJb 7 місяців тому

    Anawar dhugaa bayee galatoomii ❤❤❤❤❤❤❤ atii nama jabadhaa jabadhuu waalih bayee sii jaladha

  • @Soretimilkif
    @Soretimilkif 8 місяців тому +1

    dhugaa waqayyoo Hatoota kan kan gurmeessu ishee dhuma

  • @FireGetahew
    @FireGetahew 4 місяці тому

    Waqayon umuri dhera siyajirachisu nujiradhu lenicaa kenyaa ❤️❤️

  • @muumee529
    @muumee529 8 місяців тому +1

    Gaaffii inni ishee gaafate dhiiftee oduu Kan biraa odeessitti. Kun bulchiinsa hin bilchaanne ta,uu isaanii argiisa. Inumaayyuuu gaaffichi isheefuu hin galle.bulchiinsi isaanii dheedhii ta,uu isaa argisiisa. Baayyee Kan nama gaddisiisu wallaaltonni walitti qabamanii biyya jeeqaa jiraachuu isaanii mullisa.

  • @dineemahamed2296
    @dineemahamed2296 8 місяців тому +1

    Haluman kanan itti fufaa warra OBN hedduu namati tultan kanuman itti muddaa jabbadha

  • @ademhassen5989
    @ademhassen5989 8 місяців тому

    Gaaffii fi deebiin wal hin simne.
    Aadde Safiyaan gaaffii gaafatamte dhiistee waan ofii ishiitii batbaadde ibsite. Kun Hoggansi hangam jijjiiramaaf qophaayinna qaba moo angoma qabatanii taa'uu kan jedhu namatti uuma.😊

  • @ShumiArarsa
    @ShumiArarsa 8 місяців тому +2

    Maaloo Ummanni Gubatee Akkanas Ce'aamee Gara Ashewa Meda Namni Hojachuu Dadhabeera Uuuuuuuuuuuu

  • @BlueSky-hn2rx
    @BlueSky-hn2rx 8 місяців тому

    Investigative journalist great job brother 👏👏👏👏👏

  • @ብሬአለክስ
    @ብሬአለክስ 8 місяців тому +1

    Gurbaayyoo Waaqayyoo siihaa eeguu!!

  • @ararsamotuma7675
    @ararsamotuma7675 8 місяців тому +1

    Nu jabaadhu Namicha qaalii nana hojii ajaa'ibaati!

  • @milkiifmubarik4454
    @milkiifmubarik4454 4 місяці тому

    Itti muuddi Anuu❤❤❤❤❤ umurii si haa dheeressu rabbiin

  • @meazateni
    @meazateni Місяць тому

    ጫላ ቡልቱሜ እንኳን ደስ ያለህ ደስ ነዉ ያለኝ

  • @ijoolleebaalee2081
    @ijoolleebaalee2081 6 місяців тому

    Well done OBN for your investigative journalism 👏
    Corruption and poor governance are major issue for our people. Keep holding the public servant's be accountable to the residents and tax payers.

  • @musadenboba
    @musadenboba 8 місяців тому

    Anuwar rabbii jedhii waa'ee dhimma mana murtii ummani baay'ee rakkachaa jiraa isa irrattis nama nuu afeeri

  • @kuulleeyoutube3970
    @kuulleeyoutube3970 8 місяців тому +1

    Magaala burraayyu keessaatti hiyyeessa baay'ee irraatti mana diguun isaanii karraatti bahani kan kadhaata jiranii fi rakkoo guddaa keessa kan jiru lakkoofsa hin qabu ani illee akka mataa kooti dadhabi koo waggaa 4 biyyaa keessaa hojjedhe mana achittii ijaare narraattii diiganii waan hunduufuu waaqni hin farada guyyaa tokkoo imimmaan hiyyeessa akka sin hin baleessine sodaadha