Bayye garidha drama kana yero dheraf dawacha ture nama boharsuun isaa akkuma jirutti tahe dirama hirko irraa maal baranna nama homa hin bekene tokko tahe jalalle qabatun esa erra darbe dhabbata gudda banatun esa diramicha kana dhugarra kan fgate isa godha kanafuu kaaraktarin gaarii tahee osoo wanta adda isa godhu jiraatte gaaridha jedhetin yaada fakenaaf barreessaa kitabaa cimaa 🙏🙏🙏 thank you for reading
Wow dibaabee hirkoo baga nagaan dhuftan.warri qophii kana jaalattan comment kana like godhaa❤❤❤
❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉😮😅😢
warri hin jaalanne hoo
❤❤❤❤❤❤❤
@@firaol4623 kkkk Jira moo jara kana namni hin jaalanne
HIR koo jabadhu nu buharsaa jirtaa nuti haka hawasa walloti dirama ke male wan hordofnu hin qabnu Loqodaa ke siriti nuf galaa jechu koti❤
Mee namni akka kiya hirko jalattan like godhaa maatii naaf taha
Uuuuuf dhugaa rabbi kanaan baay'ee gadda ture na irraanfachiiftani jabaadha ❤❤❤❤❤❤❤
Mee akaa kotii namin ijolee kaan jaalatani aksum imoo ijolee biiyaa oromaa kechaa jiritani waarii daabo isaan nyatani waarii dharatani mee Lake godha mee
Anatu dura laale like godha mee
Ameen bagga waluman genyee matti jallala Hirkoo
Wayo HiR koflan na Ajefte jabadhu😂😂😂😂❤❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftan hundi keessanu baga bara haaran isin gahe 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Kolfuu qofa miti, rakkinoota 5'n Hirkoon biiroo isaa keessa taa'ee yaalu sun rakkinoota sirriidha. Ergaa isaan qoosaa keessa dabarsuuf yaalaa jiran haa hubannuuf.
Dhuga rabi bayen jaladha ijolekana
Mee Irkoon waa gaafadha dhiifamaa wajji uffata akkasii hin hodhinu jechaa ture parti 4dha moo 5ffaa natti fakkaata Ad maleedha qullaa deemtaa jechaanii ture dhuguma wanni kun barnoota namaaf ta'a jettanii hojjattan garuu guyyaa wal Haa barruu niitiin Hirkoo ykn waaqoo Qullaa dhaqxe
Wayyi hirkoo hinuma jeeqaa ka
Akkan jalladhuu dhugaa hirkoo ❤❤❤❤❤
Ameen x3 baga walumaan ittin nu gahee wow baay'ee namaati tolaa jabaadha 💕💕💕💕💕💕💌💌❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwww Waan garridha kun baga as geysaan isiin hundii keysanuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤akkasi kuno congratulations ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hirk00
Baga geessan dhamaatii keessaan waaqayyo galmaan isinii haa ga'u
Tiyyaa fi hirkoon hundi keessan baga bara2017 geessani.
Baga walumaan geenye ijoollee lubbu nuuf jiraadhaa ❤❤
Koflaan.nufixxanii.iisin.hoo koflaa.akkamitii.oolttan❤
Leel isinis baga geessan dhugaa baay'ee namatti toltu jabaadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Umurii dheeraa qabadha❤❤❤❤❤❤❤❤ obbollotaa koo
Baga geessan Happy New year I love you so much ❤️❤️❤️
Masha alhaa Masha alhaa bagaa dhufttaan ❤❤❤❤❤
Comedy afaan oromoo keessaa comedyn akka jara kana jaaladhu hin jiru. Dhugaa osoo comedy afaan biraa ta'ee viewn isaanii miliyoonaan lakkaawwama. Hundaafuu jabaadhaa itti fufaa.
Nama jabaa jabanaa qoosaa fakkeessaa ergaa jabaa dhaamu hirkoofi tuuta dibaabee hirkoo
Baay'ee namaatti tolaa jabaadha bagaa geessan ❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤
ajab! nama jechisiisa aartiin oromoo hedduu tarkaanfateera hundaafuu galatoomaa.
Gamtaa❤❤❤❤
❤❤ bagaa walumaan genyee ❤❤ galatomaa nuu boharsitanii
Dibaabee hirkoooooo❤❤❤❤❤❤ dhugumaa balchaa saafoo❤❤😂😂😂😂😂
Gafumaa diramaan kun dhabatee maalin boharaa
Wow nuf jiraadha ijoollee jalalaa
Nuuf jiradhaa qaxaleewan Kenyaa 🥰🥰
Gammataa baayye natt toltaaa
❤❤❤😊
Bagaa siin gahee ummataa jalalaa ❤❤❤
Maaloo hirkoo Koo akkummaa dhalaa namaati ta'ii mee
Bagaa walumanu genye🌻🙌👏😂
Maloo instuni eesa dhaqanii😥?🌻
Uuuufffi maluma sinin jedhuu boharsitotaa koo inuman kolfee dhugaa galatomaa nuuf jiradhha qaxaleewwan koo🌼👏👏👏🌻🌻🌻🙌❤❤
Ayi Hirkoo....mataa nu ho'iste aabbee😂😂😅😅😅
😂😂😂😂❤😢
😂😂🎉
Hedduu namati tolta nuuf jiraadha ❤❤🙏🏼
❤❤❤❤❤❤ bagaa nagaan gesseen
Baga Nagayan Dhuftan Jaalatamtoota ❤
Sagaanta xumureemaa bohuu hin wayyuure
Wow bayyee namati tolaa
Wow namati tola bayyee jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifamaa ebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow 👌 ❤❤😂😂nuuf jiradhaa happy new year 🌻 💐 🎉
Baga daftee adoo torbaan inguutin deebitan.
Bayy'ee namatti tollaa jabadhaa🎉🎉🎉❤❤❤
Bagaa gessaanii 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
Baga gessaanii Hundii keessaan ❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤ hirkoo boonsaa sabaa
Baga geesssan ! Jajjaboo Aartii
Maaloo nuuf jiraadhaa baay'ee isin jaallanna isin hordofnas jabaadhaa
Wow wow akkam bareeda maloo
Wowowowow baga geessaan irkoo koo ❤❤❤❤
jabaa keenyaa!!!!
wow dhiiro. jabaadhaa.
Anaan nan gaafattuu waahee bunashe😂😂😂😂
Abboo baga keenya taatan ❤❤❤❤
Akkumattan isin jaalladhu an🥰🔥🔥🔥🔥❤️❤️❤️
Baga Gesan 🥰🥰🥰
Wow baayee nuu bohaarsitan gltm
😂😂😂😂😂😂bayyen issin jaladha baga geessan❤❤❤❤
Bagaa nagaan gesseen ❤❤❤ 8:04 8:07
baay'ee gaariidhaa jabaadhaa
Baay'ee namati toltu dhugaa 😂❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂 wawwww bayye namatii toltu dhugaa ❤❤❤❤❤
Gamtaa jilbaa ol dabarsuu hin barbanee 😂😂😂😂😂😂
Baayee Baayee bareeda guddaa galatooma
Inistirariterii mere😂❤❤
Ana dhufuu 🎉
Baga geessan 🎉🎉🎉
😂😂😂😂😂😂 jedheni jedhani jabadhaa itti nuf fufaa❤❤❤❤❤
Tiiyyaa inuma gubbatee kadhimama atami qabate 👌😜
Ayii hirkoo
Kkkkkkk hojii kessaa dhugaa akka haraa kolafee hin bekuu anii😂😂😂😂😂
Baga waliin geenye
Hirkoon maliif tasgaabahee hin tahuu
❤❤❤❤❤Hirkoo&Tiyyaa❤❤❤❤
Bayy,ee namatii. Tola dhugaa waaqayyoo
Hirkootu jeeqa kkkkkkkk 😂😂😂😂😊😊❤❤❤
Intaali waarra eesati taa boyaa jirtu tun
😂😂😂😂😂 nuuf jiraadha dhugaa bagaa isinii qabanee❤❤❤❤❤
Uummata fiqirii ❤🥰🥰
Nooruu dibabee hirkoo
Dibaabee hirkoo 🎉🎉🎉🎉🎉 bagaa geessaan
Baga geessan🎉🎉🎉
Muudannoon gamtaa akka dhume gaafan bare anuu Nan kolfe
Dibaabee hirkoo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉bagaa gessaan ✅✅✅💯
Hirkoo is fire 🔥 men 😂
Hirkoo yomumaa bartaa atii qoyii😁😁😁😁😁😁😁
Masqalattii achii siqxee bossaa
😂😂😂😂😂❤❤❤❤ Bagaa Geessaan
Qoyii hirkoon jarti isaa essa gesse 😢
Bayye garidha drama kana yero dheraf dawacha ture nama boharsuun isaa akkuma jirutti tahe dirama hirko irraa maal baranna nama homa hin bekene tokko tahe jalalle qabatun esa erra darbe dhabbata gudda banatun esa diramicha kana dhugarra kan fgate isa godha kanafuu kaaraktarin gaarii tahee osoo wanta adda isa godhu jiraatte gaaridha jedhetin yaada fakenaaf barreessaa kitabaa cimaa 🙏🙏🙏 thank you for reading
Amazing dhugaa 🎉🎉🎉🎉🎉😂😂😂😂😂
inkstiraktaar maliif isiin iraa hafee
Jabaadhaa
Hojikenyaadhuboo hirkoo😂😂😂😂😂
Woow ❤❤❤❤❤
Dibaabee❤❤❤❤hirkoo🎉🎉🎉