Diraamaan tun akka ta duraa sanitti nama hin kofalchiiftu, maalif garuu erga dibaabee jala seentanii bokkaa dheessutti jirtaan malee diraamaa bareedduu hin eegalle. Inuma nama hin kofalchiistan sirreefadhaa, nama gammachiisaa. Ni sirreeffattan jedheen yaada.
Baga nagayaan dhuftan mee dhugaadhaan warri jajjabee keenya kan jaallattan like itti roobsaa
Namni akka kiyya hirko hawwin eega turtan comment tana like godha
Baga nagayaan dhuftanii mee namni akka kiyyatti dirammaa hirkoo jalattiin like godha ❤❤
Welcome to the ngaan, our children❤❤❤❤❤
229 views, 11th comment
Ergan comedy keessanni hedddu kan namatti toluudha jabaadha❤❤❤❤
Jalalii an isinf qabuu uuttuu bifaa qabatee mulatee...❤❤❤
Bagaa nagaan dhuftani.mee.namnii.akkaa.koo.jalatanu.Likii.godhaa.mee❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ nuf jiraadha dhugaa baayee namatii toltu
Aboo adaraa keessan tiyyaa keessaa hin hambisinaa yeroo hundaayyuu
jabaadhu❤❤❤
Gamtaa fi Hirkoo..... Rakkoo Tecknikatti na Muudate jedhee hirkoon❤
Wanni nagammachiisu an isinumaa jabaadha gootakoo❤❤❤
Waa'ee ishee barannee Uummata tajaajilaa waan nyaannee bullu dhabnee sana itti nuuf Jabeessaa,Of jajjabeessuun jireenya hin taatuutii💪💪
What a generation Dibaabee Hir_koo ❤❤❤❤❤
Ijoollee kan bayyeema jalladha ❤
Wow wow ❤😍hirkoo🎉🎉🙏👏
Uufee gasexesani waye jirenya biya nayadachise uufee waqayo bara nu fida gafa toko❤
Hirkoo abba biyya continous my brother ♥️ ❤️
Bagaa nagaa dhuftan dibaabe hirkoo ❤❤❤
Dhugaa ergaa gudaa nuuf dabarsitaan obbolotaa qaaliwaan keenyaa isiin jaalanaa❤❤
Namni Akka koo dirama hirkoo jaalatu jiraa nuf jiraadha ❤❤❤
Osso guyya sanbata inni jirachuu baatee maali eegna ture sila akkamitti nuf dhiyaa
Diraamaan tun akka ta duraa sanitti nama hin kofalchiiftu, maalif garuu erga dibaabee jala seentanii bokkaa dheessutti jirtaan malee diraamaa bareedduu hin eegalle. Inuma nama hin kofalchiistan sirreefadhaa, nama gammachiisaa. Ni sirreeffattan jedheen yaada.
Margeen fataa nu goote 😂😂😂 ❤❤❤❤
Bagaa Nagaan dhufteen Jabaadha ❤❤❤❤❤❤❤❤
Baay,ee gaariidha garuu saa.atin odoo dabalamee.
Namni inistiraaktariin jaallatan comentii kana like godhaa
Jabadha itti fufaa baa 'yee tokkoo namati tolaa ❤❤❤❤
Bayyee bareeduu jaalqabe hirkon haalsa amman jabadha 🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ good jobs guys.
Ergaa ciimaadha, darraan galatoomaa😢❤❤❤
kkkkkk waan na dhageeffattaniif galatoomma! maali abdii kutachuun kkkk
Wow mee namni akka kiyyatti dhuguma dirammaa hirkoo jalattan like godha
Gamtaan gararraa ta'ekaa isini jaalladhamo ❤❤❤
Gamtaa Maal garuu at,Bishaan gurrachaa dhugaan tureem haa jeedhu jinniin Kun isheen, ya buna kee osoo naan jedhu😢
በጣም ጥሩ ስራ ነዉ። አስተማር ታርክ ነዉ። መከራን የቻለ አሸናፍ ነዉ።
Nuf hadheeratuu Diramichii nuttii gababatee dhugaa oso ilaallee hin qufnee nurra dhumaa jiraa piliis nuf dheeressee
Wel come hirkoo ❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Isin numafaa dhalatani hoojjiin madamii yeroo fixee jedhee sin ilaleen kolfaa olaaa ❤❤❤❤❤❤ nuf jiradha
Anisi
Bagaa nagaa dhufta we come 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Wayyoo tiyaa maluumaa sifii wayyaa atii fanaa gubaatee
Nuuf jiraadhaa dhugaa hedduu isin jaaladha❤
Bagaa Baraa haara 2017 Nagaan Geessaan❤
Baga nagaa dhuftaan jalatamootaa❤❤❤❤
Kan akka kotti kimantii dubbisihimii sumaan 0:00 baana bar kan dubbisutti jiru❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤Abdii biyyaa
Welcome hirko❤
Ijoollee qaxalee bilchaatoo dandeetti bareeda qabdanidha jabaadha!
Dhugaa bayee namatii tolluu ❤❤❤❤
Lubbuu Maa kooti hir koo n wq❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤ Naaf jiraadha
Isin bashannansiisota qofaa utuu hin ta'iin hayyoota keenyadha
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Isinan jaalladhaa ❤❤
Ayii hirkoo 😂
1:02 Oromo ko❤❤❤🎉
Nama baay'isa nama kana caala baay'ee si n jaalladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Noraa 🎉🎉🎉❤❤❤❤
Hrkoo Namni duraa ilale Anaa me Namni Akkaa koo jalatan Laykii godhaa
Well come ummata kolfaa ❤😂
Hirkoo dibaabee😍
Wow amazing message
Baay'ee namatti toltuum❤
Woowu baay'ee namatti toltuu❤❤
dhuga numa das jadha❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ykn ballbalallee banaa godhaa jedhe instun😂😂😂😂😂😂
Amadshy yusufmumee
Amadshy yusufmumee
Waajira biiroo kamiitii?
Utuu jarri kun hin jiraannee maaltu nu bohaarsaa?🙏😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤
Ergaa Gudda Qaba diraaman Kun Nama hubateef Galatooma Heddu
Koflan dhumne😂😂
Oraa bulaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
bagaa nagaan dhuftaan
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
instructor uffaticharra baayyee turaniim dafaa fixaa jedhaanii malee
❤❤❤❤❤❤ bayeen sin jaladhaa
Isinin jaaladham ❤❤❤❤❤❤❤🎉
😂😂 dhugaa waaqa sanbanni Amma gahutti Nan jarajara instuun garamitti deemuu
Rakkoo technicatu na moodate jedhee hirkoon
Tiyyaa I love ❤️
❤❤❤❤❤❤❤ isin jaalanna.
Bagaa nagaan dhuftanii❤❤❤❤❤
Nufi jiradha ❤❤❤❤❤❤
Wow!!!!😮😮😅 baay’ee namatti tola
Tiyyaan kanuma dhugaa kolfiti😂😂😂
Buna Hirnaa 😂😂😂
🥰
What a ganaration
Well came hirkoo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Weel come dibabee hirikoo❤❤❤❤🎉🎉🎉😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ isin jaalladha
Ara Gamtaaaaa! Ashkoramaamte ka Margee
Bagaa nagaan dhuftaan 😂😂😂🥰🥰
Well come
Well came ❤❤❤❤🎉
Dhuugaa dubaachuuf sabanii hangaa dhuufuuti ariifadhaa si ilaaluuf bayee si jaalaanaa
Wowwwwwwwwww ❤❤❤❤❤❤❤❤
Hirkoo gagamaa😂😂
margii irraa na qabe yaa biyya na bukkee dhabadha sagalee naf ta´,aa
Rakkoo teekinikaa🤩
Baay'ee das namatti jedha garuu hingaggabaabsitan male