FiB: Himanni narratti dhiyaate hin jiru, Sababan hidhameefis hin beeku - Sabboontuu Ahmed

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 2 жов 2024

КОМЕНТАРІ • 757

  • @obsabusha1985
    @obsabusha1985 2 роки тому +15

    Qaama hin beekamneen hidhamuu fi hidhaatiin dararamuun ilmaan oromoo sadarkaa ol aanaarra jira.
    Qaamni ilmaan oromoo dararaa jirus beekamaadha, argaas kan jirrudha.
    Ilmaan oromoo baay'een qe'eef manasaa gadhiisee baqatee jireenya baqaadhaan kan jiraachaa jiranis lakkoobsaan ibsuun nama rakkisa.
    Dhugaadha Sabboontuu kan gadhiisan jaallatanii natti hin fakkaatu. Ijoolleen Keenya warri qaama mootummaa ta'anii tajaajilaa jiranis rakkoo hamaa qabu. Sabboon gadhiifamuusheef waaqa galateeffanna. Garuu cululleerraa foon hin eegan akkuma jedhu oromoon ammas of eeggannoo gochuun Sabboo dabalatee gazexeessitoonni Marti of nuu eegadhaa.
    Waaqayyo biyyaa keenyaaf, saba keenyaaf nagaa haa buusun jedha.
    Tv'n FIB guddaa galatoomaa.

    • @DrHanii
      @DrHanii 2 роки тому

      mati naf tayyaa

  • @YusufIlyaas.gaming6658
    @YusufIlyaas.gaming6658 2 роки тому +8

    Itti yaddame Wan Finfinne kessatti Oromoo irratti Gaggeffama jiru, Finfinnen magala Oromo ta'u akka Oromoon hin yaadne fi Sodaa sammu oromoo kessatti uumuu yaadani gocha akkana kana nama heddurratti hojjecha jiru.

  • @MammadAhimad-xo9qz
    @MammadAhimad-xo9qz 5 місяців тому +4

    Mashallh🎉🎉🎉🎉

  • @ፖለትካእቲ
    @ፖለትካእቲ 2 роки тому +21

    እልልልልልልልል 🦁🦁🦁🙏🙏🙏 አንቺ በጣም ጎበዝ ነሽ በርች አትፍሪ እናንተ ለእዉነት ስለቆማችሁ ዉሸታሞች እናንተን አይወዱም Ati nama tokko miti jabaadhu!

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa

  • @ibrahimhassen
    @ibrahimhassen 5 місяців тому +1

    Ijolee oromoo garuu barmsadaa kunii wataa hunudumafuu

  • @absiol3588
    @absiol3588 2 роки тому +26

    Ethiopia has become a lawless country. I’m very disappointed with this government. This young lady did no wrong no crime But spent 3 days in jail???? Unbelievable!!! I’m very angry at this government and people who work for him. They are all terrorizing civilians.
    Young lady you are very smart and very wise. You stood for your right. I’m proud of you 👍

    • @DrHanii
      @DrHanii 2 роки тому

      mati naf tayyaa

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +1

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa

    • @panaden1811
      @panaden1811 Рік тому +1

      Thank u sabontu ! You are our hero ! Shame on those elements of Ethiopian judiciary system ,law enforcement elements who violated u'r inborn & u'r human rights. Goota ko Faya dayi !!

    • @bakarahmad5543
      @bakarahmad5543 Рік тому +1

    • @haruunaliiyii4518
      @haruunaliiyii4518 7 місяців тому

      1:06 ​@@bakarahmad5543

  • @ibsaligdi1853
    @ibsaligdi1853 2 роки тому +3

    Waa'een Oromoo qabsoon malee hin taatu. Akkasumatti hin ta'a ituu ta'e masliif lubbuu ijoollee keenyaa itti gabbarre itti gabbaraas jirra?

    • @DrHanii
      @DrHanii 2 роки тому

      matii naf tayyaa

  • @FalmeAbdurehman
    @FalmeAbdurehman Місяць тому +1

    Biyyumti ethiopian jedhemtu kun ammayyuu kan amaarati

  • @MuhaajirwalAnsaar1
    @MuhaajirwalAnsaar1 2 роки тому +1

    Yakki ishee mali?

  • @ghanimalowa9999
    @ghanimalowa9999 2 роки тому +2

    Erega abiye dhufe hinuma oromo ajese fixufi

  • @Kedirseid-i3u
    @Kedirseid-i3u 7 місяців тому +2

    ❤❤❤

  • @obseabasimal3
    @obseabasimal3 2 роки тому +11

    Ya saba Oromo Rabbin issinf haa tau 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa

    • @samuukoo3592
      @samuukoo3592 2 роки тому +1

      @@keetube3666

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 роки тому

      ua-cam.com/video/sVS-akkKfEQ/v-deo.html maatii naaf ta'i

  • @oromians2389
    @oromians2389 2 роки тому +5

    Waa malee hidhamuun kee addatti garaa na nyaatee hin turre. Baga rabbi si baase. Biyyi keenya akkana tahuun ammoo hedduu nama gaddisiisa. Abbuma argan badii malee hidhuun ammoo ofiisatifuu seera cabsuudha. Akkaatan itti qabamte nama gaddisiisa. Atis garuu jabduudha falmattee jirta humaan jettu. Shaa Shambaa😉😊

    • @DrHanii
      @DrHanii 2 роки тому

      mati naf tayyaa

  • @husseinabeti6626
    @husseinabeti6626 2 роки тому +1

    akumaa tigronii godhaa turan jechuudhaa ajaibaa

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa please.

  • @abdulkerimaliyi4616
    @abdulkerimaliyi4616 2 роки тому +4

    Fib tv only one Media of our country

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 2 роки тому +4

    Sabootu koo Baga RAB nagan isibasa💐💐❤️💚❤️
    Translate to English

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......

  • @gemechuduguma7372
    @gemechuduguma7372 2 роки тому +2

    JAWAAR Itoophiyaa dullattii ilmaan oromoo akkanatti darartu kufaatii irraa hambisuu qabna jechuun isaa baay'ee nama gaddisiisa!

    • @lechisahirpesa3845
      @lechisahirpesa3845 2 роки тому

      Bagaa Afaan binensaa fi biyyaa seerii hin jiree kana jalaa batee

    • @DrHanii
      @DrHanii 2 роки тому

      mati naf tayyaa

  • @RabiyaaAhmad
    @RabiyaaAhmad 7 місяців тому

    Sabanbii.maltuu.jiraa.oromoo.ta.uu.isitif.malee😢😢😢😢😢💔💔💔😥😭🖤🙏abshiir. Bagaa.nagan.batee😢😢😢😢😢

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa 2 роки тому +4

    Uuuuufffffeee baaga nagan baatee Sabontuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰💚❤💚❤💚❤💚❤💚

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...,

  • @ObseOromotube
    @ObseOromotube 2 роки тому +2

    Woyii Oromoo too carrani kenyaa kuni bayee namaa gadisisaa 😭😭😭😭😭

    • @DrHanii
      @DrHanii 2 роки тому

      mati naf tayyaa

  • @Warex-Kula
    @Warex-Kula 2 роки тому +8

    Masha Allah ya Sabontu ko wogaa atin hidhamte asii anin iribiyu naa hin qabne yaada ketifuu hin jiruu❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥🌹🌹💋💋💋

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +2

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa

    • @Warex-Kula
      @Warex-Kula 2 роки тому

      Okay

    • @ShukriShukri-h6l
      @ShukriShukri-h6l Місяць тому

      ❤❤❤❤❤❤

    • @AbrahimSaide-x5z
      @AbrahimSaide-x5z Місяць тому

      H right Oro cc

    • @Aishasharo-in1oj
      @Aishasharo-in1oj 10 днів тому

      ❤❤❤❤❤

  • @ayantukabeta9021
    @ayantukabeta9021 2 роки тому +2

    Bagaa nagaa waqayoo harkaa dinaa jalaa isaa baasee atti yaa raabbii koo galataa keetti 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,,

  • @mamejaalala
    @mamejaalala 2 роки тому +5

    Bagaa Rabbiin Nagahan Harkaa Dinaa Jalaa Si Baasee Sabboontuu teeynaa.

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +2

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa

  • @samiramuhammad9396
    @samiramuhammad9396 2 роки тому +2

    Dhugaa oromo ta uni bayi e nama gamachisa

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ,,,

  • @babailiyaas169
    @babailiyaas169 2 роки тому +2

    baga nagayaan baate sabboontuu

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +1

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....

  • @TijjaniiSheeki-hj8hx
    @TijjaniiSheeki-hj8hx 7 місяців тому +1

    Afaan.oromo.seena.jarra.abagada

  • @MuhammadAliyyiiArabuu
    @MuhammadAliyyiiArabuu Місяць тому

    Ani Kan Nadhibu Oromiyaa Keessatti Afaan Oromoo Akkamitti Hindubbatamnee
    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @kedirmohe7576
    @kedirmohe7576 2 роки тому +2

    baga nagaan baatee

  • @MdAsdfg-hh6cm
    @MdAsdfg-hh6cm 8 місяців тому +1

    ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢

  • @sabaafart5690
    @sabaafart5690 2 роки тому +1

    Egaa bara bofti hammaatu lootuun mataa raasa akkuma jedhan..isuma Hacee galaafatetu faana si dhahe ta'a,,garuu yaadni isaanii hin milkoofne. BAGA NAGAAN BAATE SABBOONTUU KEENYAA ,,nuuf jiraadhu,,waaqaaf haa galatu kan nagaan si galche!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому

    Harkiis waraana qabeenyaa amannee amantiin Beekumsii Eegumsaa GzxFa'izaa Iliyaas internationalism aswrwb johar Muhammad Afraasee

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому

    Yeltesaka Sudan for true democracy injifannoo hawaasaa siyaasni Beekumsii Eegumsaa hojii Caqasii university ijaa Dubbisi

  • @baharoro23
    @baharoro23 2 роки тому +2

    Baga rabbiin sibaase sabboontuu Aadam🍒🍒🍒🍒🍒🍒✅✅✅✅✅✅

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...,

  • @ObseOromotube
    @ObseOromotube 2 роки тому +2

    Bagaa nagayani bate sabontu too asumanu link kanani senaa ilmaani oromoo❤️ua-cam.com/video/8J9ePT-dY9U/v-deo.html

    • @DrHanii
      @DrHanii 2 роки тому

      mati naf tayyaa

  • @SwswSw-rq5ux
    @SwswSw-rq5ux 5 місяців тому

    Mashaaallahhmmatuuansinarrgiinpalilovely❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому

    Ofumaa says jaalalaa koottuu dhufee Fayyaan faayaa argii hin mul'ata waraana libsuu ijaa keessatti Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed yoo dubbifnee deemsis kurreejilbaatiif artUmar Usleeyimaan hawaasaa who listening your words violations of law enforcement of state Education

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
    @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 2 роки тому +3

    Bagaa waqayoo naganii sii basee sabontuu kenyaa
    Yaa biyaa keenyaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 maluumatuu dhalataa bulaa lataa maloooo Yaa Oromokoo jabbadhaa 🙏

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......

  • @Hawimamud
    @Hawimamud 9 місяців тому

    Enyutuu hidhee malAbajaratiif hidhuu😳😳

  • @hordofaabdulazizkemer9876
    @hordofaabdulazizkemer9876 2 роки тому +1

    Kun kan agarsiisuu Oromoon Finfinnee keessa jiraachuu hin dandeessu jechuudha, shira kun poolisiin magaalaa Finfinnee fi federaalaa target godhanii Oromoo qofa irratti xiyyeeffatanii kan godhanii dha. Kanaaf gazeexesitoonni keenya qophaa qophaa deemuu dhiisaa gurmuun yeroo kara manaa galtanillee. Shira kanammoo mootummaan Abiy sirreessuu baannaan ammaas masterpilaanii isa haarawaa akkasumaas akka Bara wayyaanee Oromoo soomalee buqqaasan, Finfinnee keessattiis Oromoo target godhaa jiranii jechuu dha kun mootummaaf balaa hamaa dha. Mootummaan keessoo isaa qlqulleessuu barbaachisa, kun mootummaa fi ummata walitti buusuu dha.

  • @mimiintalaabbasgada2762
    @mimiintalaabbasgada2762 2 роки тому +2

    Baga rabbiin si baasee jabduu koo

  • @laliseyadasa3107
    @laliseyadasa3107 Рік тому

    Wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo bareeduu Koo

  • @ibrahimhassen
    @ibrahimhassen 5 місяців тому +1

    Hayee botuu biyee

    • @ibrahimhassen
      @ibrahimhassen 5 місяців тому +1

      Bagaa lubukee hafee😢 sabtuu biyaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому

    Hubadhu FIB Eegumsaa ProGaraan kolfaan and defense

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому

    Fedhiin lubbuu maqaanis lubbuu diinaa kijibanii lollis ifaa injifannoo waraana Ethiopian soldiers Summii hayyootaaf jechama mallaszenawii har'as diina ija abbaan yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis waraana Eegumsaa Oromia

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому

    Galatoomii hayyuun/nnii Gzxsabboonttuu Ahmed

  • @ahmada7994
    @ahmada7994 10 місяців тому

    Bakbatt sabntuu

  • @JibrilMuktar
    @JibrilMuktar 10 місяців тому

    Sabotu baga bate

  • @Abdulhamidonly
    @Abdulhamidonly 2 роки тому +1

    biyyumma oromiyaa kessaa garuu

  • @sarakwt5610
    @sarakwt5610 2 роки тому

    Oromo🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @ayanafekadu7553
    @ayanafekadu7553 2 роки тому

    baay'ee nama gaddisisa haalli uummanni oromoo itti dararamuu hanga yoomitti ilaalchi kun sabboontoota oromoo irraa haa dhaabbatu .namoonni gocha akkasi raawwatan kun fuula waaqatis ija namattis gaarii miti.Dhugaan hin dhokatu.

  • @abduhusen6661
    @abduhusen6661 2 роки тому +2

    kkkkkkkkkkkk Ayyii mootumaa goowwaa biiyaa buuluchaa dhaadhabee gaazaxaa hiidhaa heeduu namaa gadisisaa

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa

  • @desutech7539
    @desutech7539 2 роки тому +2

    saboontuu dhugum sabontuu baga nagaan baate afaan bineensaa kessaa

    • @DrHanii
      @DrHanii 2 роки тому +1

      mati naf tayyaa

  • @AminaAmina-po9sv
    @AminaAmina-po9sv 4 місяці тому

    Bagaa nagyan rabbii siibaase❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @filoksiab5610
    @filoksiab5610 11 місяців тому +1

    Bagaa rabbiin nagiyaan sibasee garuu yaa sabaa afaan oromotiin dubachuu dadhabuun kenyaa kunii malii silaa

  • @kuusgoobe5609
    @kuusgoobe5609 2 роки тому

    Biyyaa akkana kessaa sanyij oromoo dhabamsisuutu murta.e

  • @saidhebbo5865
    @saidhebbo5865 8 місяців тому

    Mal jechudha kun biyya seera hin qabne mo ethiopian?

  • @keyruhasan365
    @keyruhasan365 Рік тому

    Sabboontu Baga rabbii siif dirmattee yakki kee yoo jiraatee Oromoo ta'uu keeti

  • @JibrilMuktar
    @JibrilMuktar 10 місяців тому

    Wan oromoni tatefi qofafi malee.rako.biraa hin qabdu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому +1

    Bultiinis bulchiinsa lafaatiin Egypt Egypt waraana Eegumsaa dhoksaa dhibeen jila daa'awaa/daawwii sawsawsaw waraana dhoksaa Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed DrugIlkaaniin Dhibeen waraana libsuu ijaa keessatti humna barsiisuuf Beekumsii humna dhageeffatu qabsoo FIB Eegumsaa dhoksaaOMN internationalism ilmaaniin ittii fufee Dubbii taatii lafas kaatuu lafeedugda ijaarsa Zinnaash Tayyachow waraana kee hiyyummaa Ilkee irra buqqaneen hide telegraph hide general's office gurruma Biroo barnootaa Barsiisaa

  • @jibrailhassen6609
    @jibrailhassen6609 2 роки тому +2

    Baga Rabbiin #Sirna_Nama_Nyaataa, #Bulguu_Nafxanyaa, #Qaama_Injiree, #Warra_Harree_Koree(Yaabbatee) #Oromiyatti_Godaane, #Warra_Udaan_Kosii_Ciincoytuu_Qaqaa_Qibaabaa_Fakkaattu_Harkaa Sibaase.

    • @DrHanii
      @DrHanii 2 роки тому

      mati naf tayyaa

  • @seyfujundi1578
    @seyfujundi1578 2 роки тому +1

    wa hudafu baga rabbi nagahan sibase biyyi harka shiftaatti kufte

  • @DeraetuJebel
    @DeraetuJebel Рік тому

    Siin jalaadha sabontu koo jiradhu qacale koo

  • @sinayeab8055
    @sinayeab8055 2 роки тому +1

    Yene konjo enkuan Egziabher beselam aswetash please FIB serategnoch bemulu erasachehun tebeku enante ewinetegnoch silehonachu ahun yalew wushetam mengeset ayiwedachehum always be careful

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa

  • @lalistubiyyaa
    @lalistubiyyaa 2 роки тому +1

    Sabboontuu teenya Baga baate...kan jaraa dubbiitti hin tolu

  • @jireenyaaworku1652
    @jireenyaaworku1652 2 роки тому

    Jabduu tokkitti intala Oromoofi Oromiya

  • @zakishashow5309
    @zakishashow5309 2 роки тому +1

    Baga rabbiin nagayaan si baase harkaa zaalimaati

  • @bahayilumulugeta5574
    @bahayilumulugeta5574 18 годин тому +1

    Bagaa raabbiin sii baasee

  • @panafpride1109
    @panafpride1109 2 роки тому +6

    Sweet LADY!!!

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa

  • @sanyiiBadada
    @sanyiiBadada Місяць тому

    Naannaansaa eessa ture?? yeroonsaa yeroo akkam ture? Sa'a meeqa ture?

  • @taajirahamanur8240
    @taajirahamanur8240 9 місяців тому

    Okeee😅😅😅😅 0:08

  • @maxamedoromomaxamedoromo7267
    @maxamedoromomaxamedoromo7267 2 роки тому +2

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔

  • @moneratube7459
    @moneratube7459 2 роки тому +1

    Baga

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +1

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....

    • @moneratube7459
      @moneratube7459 2 роки тому +1

      @@keetube3666 ati godhii kaa siffaan deebiisaa

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      @@moneratube7459 tolee

  • @kuusgoobe5609
    @kuusgoobe5609 2 роки тому

    Biyaa kenyaa kessaa nafxanyaa basuu qabdii oromoon

  • @abdishabaalee498
    @abdishabaalee498 2 роки тому +1

    Sabboontu baga nagaan naaf baatee qaalii koo

  • @mohamedzakir5757
    @mohamedzakir5757 2 роки тому +1

    Baga Rabbi si baase

  • @sanyiimedia575
    @sanyiimedia575 2 роки тому +3

    Baga rabbii sii bassee qallii tiyya love you 😍♥❤😘💚💚❤❤💚💚💚❤❤💚💚❤❤❤💚💚❤💘💯

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......

    • @IbsituuTube
      @IbsituuTube 2 роки тому

      ua-cam.com/video/sVS-akkKfEQ/v-deo.html

  • @MEDITATIONMUSIC-ln8nk
    @MEDITATIONMUSIC-ln8nk 2 роки тому +1

    biyyi kun biyya namni birmadummaan jiraachuu dadhabe taatee hanga yoomiitti akka itti fuftu rabbitu beeka waanumaafuu baga baatee

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...

  • @firomsismeseret
    @firomsismeseret 2 роки тому

    Maqaan koo Firoomsis jedhama
    Barreessaa walaloo,diraamaa.asoosamaa fi qoosaa ti.akkasumasillee taatummaa fiilmiitiin nama ogummaa cimaa qabudha ..kennaawwan koo kana baasee oromoof dhiyeessuuf ...sabni koo na wajjin ta'uu qabaata.
    kanaaf isin qaqqaaliiwwan koo yuutuubii koo sabiskiraayib naaf gochuun yoo na jajjabeessitan.ani akka tulluutti mul'adheen Oromummaa koo akka Gaaraa tti mul'isa.kanaaf sabiskiraayb naaf godhaa...liinkiin isaa kunooti👉🏿👉🏿ua-cam.com/channels/AhIrit7gMr3W0rfK-DWxcw.html

  • @AbdiJamaal-tp1sh
    @AbdiJamaal-tp1sh 9 місяців тому

    Bagaa nagyaani nuu batte

  • @huseenhaajjii8426
    @huseenhaajjii8426 Рік тому

    Sobbontuu hidhuu jechuun jaalalaa hidhuudha!

  • @bonneygechy445
    @bonneygechy445 2 роки тому +1

    Baga nagaan baate haadhoko baay'ee nama aja'ibaa.

  • @kalidsultan5027
    @kalidsultan5027 8 місяців тому

    Sabuuuuuuu tenyaaaa nuuf bagaa dogogoraaraa sii basee

  • @sanyiiBadada
    @sanyiiBadada Місяць тому

    Baga nagaan baate hidhamuufi bahuun waan jirudha miidhaan sirra gahe jira??

  • @Bittuutu
    @Bittuutu Місяць тому

    Hayii seras etopiyaa😢😢😢

  • @yosefdiriba182
    @yosefdiriba182 2 роки тому +1

    baga baate.

  • @zumalazar9290
    @zumalazar9290 2 роки тому +1

    Baga nagayyan batee Sabontu Oromoo!

  • @milkiofficialyoutube7642
    @milkiofficialyoutube7642 2 роки тому

    Baaga naagan Baate

  • @teressabenti672
    @teressabenti672 10 місяців тому

    Endet kawayane mengist mamar altechalem

  • @salamaktbi3350
    @salamaktbi3350 2 роки тому +1

    Uuuffee jabduu akkaa gotaa ,baagaa raabii si baasee

  • @GutemaMerga
    @GutemaMerga 6 місяців тому

    Bagaa nagaan bahate waqaayoo jira

  • @ahamadqashow7323
    @ahamadqashow7323 11 місяців тому

    Jabadhu

  • @ChalaAbdulkadir
    @ChalaAbdulkadir 11 місяців тому +1

    bagumaa rabbin nagayyani sibasee obboletti too

  • @Siifoon430
    @Siifoon430 2 роки тому

    Bagaa waqayyoo si basee gotiti oromoo koo

  • @mymommymommymomymommymommymom

    HUNDAAFUU BAGA NAGAAN NUUF BAATE YAA IJA OROMOO

  • @LencaMagala
    @LencaMagala 7 місяців тому

    Wanta sirni badi kun gochaa jiru nama dhiba

  • @AsfawAsefa
    @AsfawAsefa 3 місяці тому

    Bagaa nagaani batee

  • @SmilingForestHills-qo7yp
    @SmilingForestHills-qo7yp 7 місяців тому

    Began rabii sinasee

  • @NaeimNaeim-u9w
    @NaeimNaeim-u9w 28 днів тому

    Waldararuun aadaa etio taaera baga Rabbii sin baase

  • @fatihajimmasanyiihaacaluu1872
    @fatihajimmasanyiihaacaluu1872 2 роки тому +2

    Baga rabbi nagan si base sabonntu koo 😥

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +1

      Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....

  • @MameOro-p3z
    @MameOro-p3z Місяць тому

    Mashaallaah mashaallaah bagaa rabbii sii baase qalli