Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Wwwoooww ijole kenya qali akati nati toltani pls me ijole qaxale kana laki sheri godhuni jabesa❤❤❤❤❤❤❤❤
Warri akka koo hirkoo hawwiin egaatan like tuqa❤
Maaloo warri ETV jaalattan like godhaa mee
Bayye namati toltu osoo xiqqo sa'at nuuf dheresitanii😍😍😍😘😘😘😘
Uuuuuuuuuuufffffeeeee ijoollee keenya nuuf jiiradha dhugaa hedduu nuu booharsaa jirtuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nama hubaatef baarnootalee qaba 🤩jaabadha 😘👈
Bagaa nagaan dhuftan ❤Oromoo koo 🤣🤣
Wayyoo dhugaa hangaa wallaan naatti birmatuutii kolfee. Jabadhaa jajjaabee koo
Uuuuuuuuuu yarabiiko kolifaan du ee wazoo bagumaa Oromo tatee❤❤❤❤❤❤
I loved this episode ❤❤❤❤
wow nama jechisiisa Ijjoolleen Kun hundi Miillaa fi Qoochoo Aartii Oromooti. Jabaadhaa !
baayee namatti tolaa nuuf jabaadha. nuu boonsaa, kanaan dura baayee boodaatti afneerra.
Hojii keessaan aboo gara koo 😭😭 akka isaa duraati naaf debisi hojii faan barbada 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 good job guys 😅❤❤❤❤❤❤
Nuuf jiradha qalii waan ijolee❤❤❤
Guyyaa dilbataatti mi'eesituu tokko akka waan dabaltaniitti natti dhagahama jabaadhaa.
Nuuf jiradhaa please of egadhaa warrii nuu nyaachu baree akkaa isin hin nyaanee😢❤❤
wow galanni keessan dachaadha lammiiko.wagga kuma nuuf jiraadhaa!
😂😂😂😂😂😂 Hirkoo waayyoo baayyee nuu koflachistee wlhi ❤❤ itti fufa
Qaxaleewwan keenyaa nuuf jiraadhaa!
Dhugaa baayee namatii toluu❤❤❤❤❤❤
Dhugaa University irraa Eebbifamtetaa jechuu ishee Baayyee dinqisisfadhaa
amazing work!🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂Obboleewwan keenya kana baayyeen jaalladha!
Isaani birrii dhaalchuu hii waaqo hojjii kee😂😂😂😂😂❤❤❤
Waaqoo koo jaaba nama baayyee daandeessa jabadhuu ❤❤❤❤❤❤
Obaama faranjjii siif dhufekaa hirkkoo
Raajuma kuni😂😂😂😂😂hojii kee argadhu gamtaa 😅😅Hayi waaqoof kiyyaa😘😘😘
Akamiitii akaeraa dhalchanii hinbkuu hindhalchmo❤❤❤❤❤
Dhugaa bayee namaatti toltuu nuuf jiradhaa ❤❤❤❤
Wayyoo Namni akka koo kolfee jira?😂😂😂😂😂Aboo jabaadha Wako. Milkesa 😅😅😅😅❤❤❤
Akkatti namatti toltaan ijjollee keenya❤❤🥰
Wowowowow bayee namatii tolluu jabaadhaa ❤❤
Waw❤❤❤❤❤baye na boharsa
hirkoo maaltaatan Nuti isin jaallannaa , diraaman keessan baayyee kan nama hawwatu waan ta'eef sirumaayyuu bakka itti dhiifan irraa akka nuu eegalu san barbaanna isin 𝑺𝑶𝑶𝑹𝑨 𝑰𝑱𝑨𝑨 , 𝑮𝑼𝑹𝑹𝑨𝑨,𝑸𝑨𝑳𝑩𝑰𝑰 𝑭𝑰𝑰 𝑺𝑨𝑴𝑴𝑼𝑼 𝑲𝑬𝑬𝑵𝒀𝑨𝑨𝑻 𝑲𝑨𝑵𝑨𝑨𝑭𝑼𝑼 𝑩𝑨𝑲𝑲𝑼𝑴𝑨 𝑰𝑻𝑻𝑰 𝑫𝑯𝑨𝑨𝑩𝑫𝑨𝑵 𝑰𝑹𝑹𝑨𝑨 𝑰𝑻𝑻𝑰 𝑵𝑼𝑼𝑭 𝑯𝑨𝑨 𝑭𝑼𝑭𝑼𝑼 𝑱𝑬𝑵𝑵𝑨𝑨 𝑸𝑶𝑷𝑷𝑰𝑰𝑵 𝑸𝑶𝑷𝑷𝑰𝑰 𝑴𝑰𝑳𝑲𝑨𝑨 𝑰𝑵𝑨𝑨 𝑱𝑬𝑵𝑵𝑨 !!!!!
Namatti toltu oromookoo❤Nuuf jiraadhaa😊
Nuuf jiraadha ❤❤❤❤❤
Wowow mashaa Allah yes you ❤❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkkkkkk Hirkoo nuf jiradhaa ebifamaa dachaa 😂❤❤
Wow wow itti bohaareerra❤.. nuuf jabaadhaa
😅😅🎉🎉 abboo hojii keessani jabadha qaliwan koo😅😅❤❤
Waaqoon artii jechuun maal akka ta'e namatti hima ❤
Kkkk😅😅😅 namicha ashani gulitii fakkata dhugaa namumaa garuu
Jabadhaa nufii jiradhaa heduu namatii tolitaan dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baayyee kolfeen mataa nadhukube😅😅😅😅😅😅
Kkkkk baye namati tola jabadha oromo koo❤❤❤❤😂😂😂😂😂
Isin baguma oromoo nuuf taatani
Waaqqawwoo Si,aa Eebbisuu ❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkkkkkk Abboo jiradhaa❤❤❤❤❤
Bagaa nagaan dhuftaan essaa fidanii maloo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂 adi keessii isaa Gurrachaa 😂😂😂😂😂😂😂
Jabadhaa bay,ee bamatii tolta tiyaa
Baga nagaan nuuf dhuftanii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Atimee hirko namuma afaansaa damma,dhadhaa,baaduufaa dibamee dhalatedhaan
B,B GARIIDHA KAANUMANA ITTI FUFII❤❤❤
Wawwwww baayee namatii tolaa jabbadhaa oromookoo❤❤❤❤
Oromoo nuuf jiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maloo guutuu Isaa essan argadha😍
❤❤❤❤❤❤ nuuf jiraadha qaqqaliwwan keenya
Aboo nu.jiraadhaa qaliiwaan❤❤❤❤❤❤❤❤
Haara wanii haraa nu fidaan dhuftan waaqookoo milkoo farajii😅😅❤
Mucaa faranjii fakkaatu kana magaala Dukamittiin beeka.😂❤❤❤
Kkkkkk
Wow baay'ee namaati tolaa jabaadha
Wowowo amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤❤God job❤❤❤❤❤
Akkamitt akka dhalachan hin bekku 😂😂😂😂 hyiii hirkoo hojii keeJaabadhaCame garu lammi biyya kamittu kaa akkanatti oromiffa dubbatu kuni bifa yoo laaltin keena miti
Ani dhugumattii yeroo baayyen isin hordofa
waawoo dhugaa dubbachuuf hedduu namatti tola
Baay'ee natti tole jabaadhaa ❤❤
Hirkooo abba qola kitaba❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maloo Adaaraa diramaa kana maliif xumuraarati irraa nu jelaa kutuu.100%
Namni hirkoo jalatanu lake godhaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wel come ummata qashixii😂😂😂😂❤❤❤❤
Oro koo maatti naaf tahaa 💕
dhugumatti hedduu namatti tola. jabaadhaa🤩🤩🤩
Wow bayee dasi namaa jedhaa ❤❤😂
Baga ngy dhuftan iti fufa
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂wayooo yaa garaa koo maloo namichaa esaa fidaanii😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
😂😂😂😂😂😂😂 akkam namati tola qoosa keesan jaabadha❤❤❤❤
Aswrwb
Wayyo garaa koo yaa hojii hir-koo😂😂😂😂😂😂😂😂
Sinjaladhaa nuf jiradhaa❤❤❤❤❤
Ajaibaa abo itti jabadha 😮😮😂😂😂❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
WOW Kun mudannookoo yeroo dhiyooti,nama biyya bakkee waliin Wal barree ji'a tokko booda kanuma naan jedhekaa
Qosan kee heduu namatii tollaa ir.koo🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Jabadha isnjalaan naa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤irkoo muddin kee naaf tahee
Baga nagan dhuftani ❤❤❤❤❤
You killed it guys❤❤❤
Wow baayee namatti tola dhugaa!
😂😂😂😂😂yaa hojii keessaanii nuuf jiradhaa dhugaa hedduu sin jalanaa🥰🥰🥰🥰🥰
Bayye namatti tolaa nuf jabadhua
Kolfani duuee 😂😂umurii nuufi dheradhaaa ❤❤❤
Wow, baay'ee dandeessu😮 jabaadhaa!
Jabadhaa qaxaleewanii kenyaa
First time to see albino😲
kkkkkkkkkkkkkkk, faranjiiin fi Gamtaan hojjataniiruu.ayyyiii Waaqoo
😁😁🤗❤️❤️❤️😍😍😍
Woyyoo garakoo 😂😂😂farjii waa gafatanu jedhem
Addii wajjin hojachun qabaa nii dhalaa giyyatii 2000 dhalaa
Wolin yeroo dheeraafi Wojin hojjadha micaa farnjii kana
Bagaa nagayaa dhuftani ❤
Heddu nattoltan. Jabaadhaa
Milkii,baga nagaan dhufte
Baga oromoo ta'ee ani ❤❤❤😅😅😅
Abboo jiradhaa❤❤❤❤❤ 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣💔💔💔
Wwwoooww ijole kenya qali akati nati toltani pls me ijole qaxale kana laki sheri godhuni jabesa❤❤❤❤❤❤❤❤
Warri akka koo hirkoo hawwiin egaatan like tuqa❤
Maaloo warri ETV jaalattan like godhaa mee
Bayye namati toltu osoo xiqqo sa'at nuuf dheresitanii😍😍😍😘😘😘😘
Uuuuuuuuuuufffffeeeee ijoollee keenya nuuf jiiradha dhugaa hedduu nuu booharsaa jirtuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nama hubaatef baarnootalee qaba 🤩jaabadha 😘👈
Bagaa nagaan dhuftan ❤Oromoo koo 🤣🤣
Wayyoo dhugaa hangaa wallaan naatti birmatuutii kolfee. Jabadhaa jajjaabee koo
Uuuuuuuuuu yarabiiko kolifaan du ee wazoo bagumaa Oromo tatee❤❤❤❤❤❤
I loved this episode ❤❤❤❤
wow nama jechisiisa Ijjoolleen Kun hundi Miillaa fi Qoochoo Aartii Oromooti. Jabaadhaa !
baayee namatti tolaa nuuf jabaadha. nuu boonsaa, kanaan dura baayee boodaatti afneerra.
Hojii keessaan aboo gara koo 😭😭 akka isaa duraati naaf debisi hojii faan barbada 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 good job guys 😅❤❤❤❤❤❤
Nuuf jiradha qalii waan ijolee❤❤❤
Guyyaa dilbataatti mi'eesituu tokko akka waan dabaltaniitti natti dhagahama jabaadhaa.
Nuuf jiradhaa please of egadhaa warrii nuu nyaachu baree akkaa isin hin nyaanee😢❤❤
wow galanni keessan dachaadha lammiiko.wagga kuma nuuf jiraadhaa!
😂😂😂😂😂😂 Hirkoo waayyoo baayyee nuu koflachistee wlhi ❤❤ itti fufa
Qaxaleewwan keenyaa nuuf jiraadhaa!
Dhugaa baayee namatii toluu❤❤❤❤❤❤
Dhugaa University irraa Eebbifamtetaa jechuu ishee Baayyee dinqisisfadhaa
amazing work!🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂Obboleewwan keenya kana baayyeen jaalladha!
Isaani birrii dhaalchuu hii waaqo hojjii kee😂😂😂😂😂❤❤❤
Waaqoo koo jaaba nama baayyee daandeessa jabadhuu ❤❤❤❤❤❤
Obaama faranjjii siif dhufekaa hirkkoo
Raajuma kuni😂😂😂😂😂hojii kee argadhu gamtaa 😅😅
Hayi waaqoof kiyyaa😘😘😘
Akamiitii akaeraa dhalchanii hinbkuu hindhalchmo❤❤❤❤❤
Dhugaa bayee namaatti toltuu nuuf jiradhaa ❤❤❤❤
Wayyoo Namni akka koo kolfee jira?😂😂😂😂😂Aboo jabaadha Wako. Milkesa 😅😅😅😅❤❤❤
Akkatti namatti toltaan ijjollee keenya❤❤🥰
Wowowowow bayee namatii tolluu jabaadhaa ❤❤
Waw❤❤❤❤❤baye na boharsa
hirkoo maaltaatan Nuti isin jaallannaa , diraaman keessan baayyee kan nama hawwatu waan ta'eef sirumaayyuu bakka itti dhiifan irraa akka nuu eegalu san barbaanna isin 𝑺𝑶𝑶𝑹𝑨 𝑰𝑱𝑨𝑨 , 𝑮𝑼𝑹𝑹𝑨𝑨,𝑸𝑨𝑳𝑩𝑰𝑰 𝑭𝑰𝑰 𝑺𝑨𝑴𝑴𝑼𝑼 𝑲𝑬𝑬𝑵𝒀𝑨𝑨𝑻 𝑲𝑨𝑵𝑨𝑨𝑭𝑼𝑼
𝑩𝑨𝑲𝑲𝑼𝑴𝑨 𝑰𝑻𝑻𝑰 𝑫𝑯𝑨𝑨𝑩𝑫𝑨𝑵 𝑰𝑹𝑹𝑨𝑨 𝑰𝑻𝑻𝑰 𝑵𝑼𝑼𝑭 𝑯𝑨𝑨 𝑭𝑼𝑭𝑼𝑼 𝑱𝑬𝑵𝑵𝑨𝑨 𝑸𝑶𝑷𝑷𝑰𝑰𝑵 𝑸𝑶𝑷𝑷𝑰𝑰 𝑴𝑰𝑳𝑲𝑨𝑨 𝑰𝑵𝑨𝑨 𝑱𝑬𝑵𝑵𝑨 !!!!!
Namatti toltu oromookoo❤
Nuuf jiraadhaa😊
Nuuf jiraadha ❤❤❤❤❤
Wowow mashaa Allah yes you ❤❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkkkkkk Hirkoo nuf jiradhaa ebifamaa dachaa 😂❤❤
Wow wow itti bohaareerra❤.. nuuf jabaadhaa
😅😅🎉🎉 abboo hojii keessani jabadha qaliwan koo😅😅❤❤
Waaqoon artii jechuun maal akka ta'e namatti hima ❤
Kkkk😅😅😅 namicha ashani gulitii fakkata dhugaa namumaa garuu
Jabadhaa nufii jiradhaa heduu namatii tolitaan dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baayyee kolfeen mataa nadhukube😅😅😅😅😅😅
Kkkkk baye namati tola jabadha oromo koo❤❤❤❤😂😂😂😂😂
Isin baguma oromoo nuuf taatani
Waaqqawwoo Si,aa Eebbisuu ❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkkkkkk Abboo jiradhaa❤❤❤❤❤
Bagaa nagaan dhuftaan essaa fidanii maloo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂 adi keessii isaa Gurrachaa 😂😂😂😂😂😂😂
Jabadhaa bay,ee bamatii tolta tiyaa
Baga nagaan nuuf dhuftanii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Atimee hirko namuma afaansaa damma,dhadhaa,baaduufaa dibamee dhalatedhaan
B,B GARIIDHA KAANUMANA ITTI FUFII❤❤❤
Wawwwww baayee namatii tolaa jabbadhaa oromookoo❤❤❤❤
Oromoo nuuf jiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maloo guutuu Isaa essan argadha😍
❤❤❤❤❤❤ nuuf jiraadha qaqqaliwwan keenya
Aboo nu.jiraadhaa qaliiwaan❤❤❤❤❤❤❤❤
Haara wanii haraa nu fidaan dhuftan waaqookoo milkoo farajii😅😅❤
Mucaa faranjii fakkaatu kana magaala Dukamittiin beeka.😂❤❤❤
Kkkkkk
Wow baay'ee namaati tolaa jabaadha
Wowowo amazing ❤❤❤❤❤❤❤❤❤God job❤❤❤❤❤
Akkamitt akka dhalachan hin bekku 😂😂😂😂 hyiii hirkoo hojii kee
Jaabadha
Came garu lammi biyya kamittu kaa akkanatti oromiffa dubbatu kuni bifa yoo laaltin keena miti
Ani dhugumattii yeroo baayyen isin hordofa
waawoo dhugaa dubbachuuf hedduu namatti tola
Baay'ee natti tole jabaadhaa ❤❤
Hirkooo abba qola kitaba❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkkk
Maloo Adaaraa diramaa kana maliif xumuraarati irraa nu jelaa kutuu.100%
Namni hirkoo jalatanu lake godhaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wel come ummata qashixii😂😂😂😂❤❤❤❤
Oro koo maatti naaf tahaa 💕
dhugumatti hedduu namatti tola. jabaadhaa🤩🤩🤩
Wow bayee dasi namaa jedhaa ❤❤😂
Baga ngy dhuftan iti fufa
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂wayooo yaa garaa koo maloo namichaa esaa fidaanii😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
😂😂😂😂😂😂😂 akkam namati tola qoosa keesan jaabadha❤❤❤❤
Aswrwb
Wayyo garaa koo yaa hojii hir-koo😂😂😂😂😂😂😂😂
Sinjaladhaa nuf jiradhaa❤❤❤❤❤
Ajaibaa abo itti jabadha 😮😮😂😂😂❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
WOW Kun mudannookoo yeroo dhiyooti,nama biyya bakkee waliin Wal barree ji'a tokko booda kanuma naan jedhekaa
Qosan kee heduu namatii tollaa ir.koo🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Jabadha isnjalaan naa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤irkoo muddin kee naaf tahee
Baga nagan dhuftani ❤❤❤❤❤
You killed it guys❤❤❤
Wow baayee namatti tola dhugaa!
😂😂😂😂😂yaa hojii keessaanii nuuf jiradhaa dhugaa hedduu sin jalanaa🥰🥰🥰🥰🥰
Bayye namatti tolaa nuf jabadhua
Kolfani duuee 😂😂umurii nuufi dheradhaaa ❤❤❤
Wow, baay'ee dandeessu😮 jabaadhaa!
Jabadhaa qaxaleewanii kenyaa
First time to see albino😲
kkkkkkkkkkkkkkk, faranjiiin fi Gamtaan hojjataniiruu.
ayyyiii Waaqoo