Wow waaqoon nama gaarii fi jaallataa dha garuu ati isheen gaafii dhiyeessituuf afaan oromoo qofaan sagantaa geggeessi maaloo afaan wol keessa oofuu rraa hin wayyuu
This is amazing podcast and waqo’s talent is incredible! Jabadhuu waaqoo hojii bareedaa nuf dhiyessaa jirtaa . Hale atis podcasting akka ajayiba perform goote . Keep up
Dhugumaa waqoon keenaa maa ummarra kenamefdha hojin hojetu kun dhugaa baayeen si diqisifadhaa ammayu gana si hafaa artin oromoo sin sirriti muldhachaa jira dhugaa ammayyuu jabadhu kana calaa ogumaa sif haa baayyatu
Come on, Commenters, qabbaneesssaa malee! Eenyuyyuu afaan isaaf mijateen haa ...! It's not the language, rather the message is what matters most in this case and the like! To start with, language is a free tool available to us without charge! By the same token, speaking in any language does not bring us revenue! The whole purpose of language is communicating ideas to the audience whatsoever! If I can get their ideas, why does the means matter this much? I don't think one should mind much about the language mix for whatever reason specially from such podcasts, which are fortunately non-governmental. So, we should not expect formality from them! Takka takka waan hinarrabsamne maaf akka arrabsinu ani hinbeeku. At the end of the day, do not forget that it's a flexible non-governmental program! Otherwise, a very nice program from start to finish! Keep it up.
Waaaqoo ni jaallanna ❤❤❤❤❤ Qophesituuun sagantichaa Ganaaa muuxannooo si barbaachia. Afaanirratti Halla keessumeessuu irratti Mana bunaa seetee nama kumaatamaaan si ilaala oromoon Sihaayin qabaaduuu Leenjiii si hafaaaaa
Honestly very nice thank you keep up the good work but if you finished with the same language you started without anything I didn't know anything about you without makin anything out of it in my opinion thank you!
By z way intala host godhaa jirtuuf Waaqo cimina isaanii adda baase hin ilaalu. Akka shamarran keenyatti baayye cimtuu dha. Warri ammoo maa ofii haasofta Jettan Kun interview miti podcasts dha malee Kan biraan ammoo warri maa afaan keessa makta jettan afaan English baradhaa malee ishee hin komatinaa Beqqa cimtuudha maalif aartuu ? HIN DANDEESSI beqqa Keep going ma sister ❤
Faraduu yaroon yaroo Qabsotii #WBO🙏❤️👍✊💯☮️ why are you people are dying slaughter by Ethiopian empire go fight for your right then you can have your only show when you have your own freedom when you have your rights
Nagaan isiniif haatawu. Podcast kessan ilaalee xumureera yaada babbareedaa nama barsiisuuf nama ijaaru kaaftaniitu, lamaankessaniyyu namoota beekumsa bishaata akka qabdan nimul'ata. Keessumaa waqoon kitabota adda addaa akka dubbiseeru irraa argama haasaa keessanitti quufeera. Gaaffii yeroo gaafattu obbolettiinkenyammo yeroo kennii dhaggefadhu irraan dabalamtee yeroo hin fudhatiin ,kanbiraan gaaffii ati gaafatte baayyee miti 3 qofa gaafatte natti fakkaata oduudhuma akka hintaaneef haasakeessanitti dhuka itti gochuun nibarbaachisa jedheen yaada. Kanbiraan hojiikeeti jabaadhu big respect for both of you.
It is a podcast not interview
Waqoo atii jiraadhu ❤❤❤
Hintalaa atimo Afaan oromoo qofaa dubbadhu hin camaalaqamiin
Maal si galche waan barbaadde haa dubbattu; nama qeequun dura maqaakee sirnaan barreessi. Afaan Oromoo sirnaan barreessi. yeroo warri kaabaa akka barbaadanitti dubbatan jala teessee ilaaltee 'view' dabaltaaf hoo haasaa mucaa kanaa dhaggeeffachuu mee maal isaatu si nuffisiise?
Phisxilixxaa weyii mal ta'aa yoo dubbattee
😏😏
Wow waaqoon nama gaarii fi jaallataa dha garuu ati isheen gaafii dhiyeessituuf afaan oromoo qofaan sagantaa geggeessi maaloo afaan wol keessa oofuu rraa hin wayyuu
maaloo qeeqa -ve namaaf kennuuf hin ariifatin , rifasisuu danda'a waan ta'eef
Great education thank u wako
Qaaboo koo you are genius brilliant mind. I love you brother God bless you and protect you. You will be everything you got.
Ajaa'iba dhugaa❤👌
Waaqoon Warqee namaati❤
Yaada bareedaa nuuf qooddaniif hedduu galatoomaa! Jabaadhaa!👏🏾👏🏾🙏🏾
Waaqo nama yaada cimaa qabudha ati gooftaan saa eebbisu jabaadhu
Waaqooo kooo akkuman itti si jaalladhu dhugaa waaqayyooti🥲💔💔💔
I haven't watched Afan Oromo podcast ever ! akkuma tasaa argeen nan ilaala jedheen baayyee jaaladhee ilaalee fixe
Thanks so much !
#Waqoo kennaa raabii sin nuuf kennee baay'ee sijallaanna bar❤
Waaqoo haasa ke dhageeffadhe quufuun dadhabe Ati dhuguma Nama addaati ❤❤
Wow Waaqoo Nama Jabaadha Ati Jabaadhu Haadhookoo!❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰👍👍💪💪💪
Hojii miidhagaa....Waaqoon motivational speaker ta'uu danda'a
This is amazing podcast and waqo’s talent is incredible! Jabadhuu waaqoo hojii bareedaa nuf dhiyessaa jirtaa . Hale atis podcasting akka ajayiba perform goote . Keep up
Wooow dhugaadha har'a barnoota guddaan argadhe waaqoo you are intelligent ❤
Great job, Risa Media! 👏 Ijoollota kennaa(creativity) qabaniifi artistoota keenya akkas media irratti baasuun jajjabeesuun, galateeffachuun barsiifata nuuf haa ta'uu.❤
Waqayyo isin haa ebbisuu nafayyaddan
Hirkoon Nama Aartiti. Jabaadhu hirkoo!!
Intalti Afgaaffii Gootu Sirriitti Seera Afgaaffii Qayyabadhu, Wantoota Daawwattoota Aarsan hirisuuf yaalii godhuu qabda.
Dhugumaa waqoon keenaa maa ummarra kenamefdha hojin hojetu kun dhugaa baayeen si diqisifadhaa ammayu gana si hafaa artin oromoo sin sirriti muldhachaa jira dhugaa ammayyuu jabadhu kana calaa ogumaa sif haa baayyatu
Dhugaa dubbachuuf baayyeen jaalladhe. Barumsa hedduun irraa argadhe. Waaqoo jabaadhu. Qaxaleen keenya, kana caalaa waan guddaa sirraa eegna. Bakka gaarii ta'e tokkottin si argaan jira. Isan qaamaa si beeku caalaa podcast kana keessatti si erge. Beekkamtii beekumsaan guutame qabaachuukeetiif👌...
Obboleettiinkos jabaadhu qaxaleedhaam atis namoonni akkake nu barbaachisu. Namoota mana barumsaa sammuutti baatanii deeman akkasii nuu dhiyeessuu keessan itti fufaa.
Come on, Commenters, qabbaneesssaa malee! Eenyuyyuu afaan isaaf mijateen haa ...!
It's not the language, rather the message is what matters most in this case and the like!
To start with, language is a free tool available to us without charge!
By the same token, speaking in any language does not bring us revenue!
The whole purpose of language is communicating ideas to the audience whatsoever!
If I can get their ideas, why does the means matter this much?
I don't think one should mind much about the language mix for whatever reason
specially from such podcasts, which are fortunately non-governmental.
So, we should not expect formality from them!
Takka takka waan hinarrabsamne maaf akka arrabsinu ani hinbeeku.
At the end of the day, do not forget that it's a flexible non-governmental program!
Otherwise, a very nice program from start to finish! Keep it up.
Ok s moo?
Galatoomaa!
Wako, Eebbifami waa sirraa hubadheera🙏🏼
Waqoo koo love you brother my favorite ❤️ 💎🥰💕💕
❤❤❤❤wawuuuu baayee maa galatomaa dhugaa irraa baratamaa
Dhugaa waqoon yoo waan dhugaa dubbatuu Nastii hin faakkkatuu waanumaa qaaladuu fakkataa❤❤❤❤God
Waaqoo koo qoosaa keenbakka bu’aa abbaa lataa akka taatetti nan fudha garuu hardha hayyummaan dubbiin beekkumsaan jechoonni kee akka gurbaa diimaa fi raayyaa abbaa maccaatti ergaa gahaa fi miidhagina jireenya ilma namaaf qabu dabarfatte kana booda ati comedian jedhee fudhachuuf hayyuudha motivational speakers jedhee fudhachuuf akkan rakkadhu tahe kaa
Yas waaqoo dhugaa wamti sirraa fokkisuu hin jiruum!❤❤❤
Dhugaa keedha waaqoo koo waan hundumaa social media irratti dhobuun sirrii miti
Isaa qofaa mitii hiriyotaa isas nuf afeera.gamtaa.amanu'el.fi tiyyaa.hunduma afeera ni jajabesina yaadan❤isinis jabadhaa ❤🎉❤
Wow 430❤💚❤️💞💚💞 gariiidha wantii Hirko kun natii tolaaaa
Waaqo thank you
Wagga kuma nuf jiradhuu waaqo koo ❤
Thanks 👍
Waqoo koo nuf jiradhu bayyee siin jalana❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤waqaqayyoo bara jiraanyaa kee haa Ebbisuu
Waaqiin koo❣️🥰 hirii koo ❣️❣️❣️Qaaboo koo 💎💎💎💎🌟 I love you really from my bottom of heart ❤️ 🥰🥰🫶🏽🏆🏆
Afaan oromoo qofa hasa’i intaloo
Wow🎉 I loved your podcast's content❤
Baayyee ulfaadhaa, galatoomaa, barumsa guddaan irraa baradhee, itti fufaa.❤❤❤❤❤
Waaqoo ilaalcha ati qabdu baay'ee namatti tola, nama barsiisas. Guddaa galatoomi!
Obboleetti tiyya, podcast kana bareechuuf tattaaffi ati gootee nan dinqisiifadha. Garuu yeroo gaaffii gaafattuu jalqabaa kaastee (essaa akka dhufee, essaa akka kaasee, maaliirraa ka'ee akka waa'ee wantichaa akka yaadee, akkamitti akkani guddatee) gaafattee namatti tola utuu kallatti'umaan gara yaada bu'uuraatti hin seeniin dura. waa'ee ingiliffaa irratti immoo, ingiliffa haasa'uun kee rakkoo hin qabu garuu haasooftee kaatee afaan oromootti hiikuunkee maal agarsiisa? kanarra garuu akka kootti utuu gaaffii gaafattuu irratti xiyyeefattee gaariidha jedhen yaada sababni isaa ingiliffa haasa'uutti achumaan waan biraa keessa galtee baay'ee yeroo fudhattee haasa'aa waan turtee fakkaata (nama gaafatuu osoo hin taanee nama gaafatamuu fakkaatta). kan biraanimmoo jalqaba seensa(introduction) irratti akka ati itti waa'ee Waaqoo beeksistee ykn ibsitee namatti hin tolu guutuummaatti, inni'umtiyyu waan isatti tole natti hin fakkaatuu dhugaa dubbachuuf kanaafuu utuu wantootan sii kaasee irratti of ilaaltee natti tola, jabaadhuu! one love🫶🫶 yeabraham na yesara yarglachu😁😂
Yaada gaarii fi barsiisu kaastaniittu. Ulfaadhaa! Garuu mucaan interview gochaa jirtu utuu dhaggeeffatte, baayyee haasofta. Kan nuun dhaggeeffachuu barbaannu anmoo keessummaadha. Keessummaa dhaggeeffadhu 🙏🏻
Dhugaa dubbaachuf karaan atii itti yaada kee ibsaatu baay'ee naati toleera Halle; jabaadhu haadhooko. Waaqoko nu jabaadhu leencaako, atii qabeenya guddaa dha nuuf!
Waaaqoo ni jaallanna ❤❤❤❤❤
Qophesituuun sagantichaa
Ganaaa muuxannooo si barbaachia.
Afaanirratti
Halla keessumeessuu irratti
Mana bunaa seetee nama kumaatamaaan si ilaala oromoon
Sihaayin qabaaduuu
Leenjiii si hafaaaaa
Waaw dhugaa jette
it is very important idea
Waaqoo dhugaa rabbii baayyeen si jaaladhaa umrii dheeraa siif hawwa
Wowwwwwww ❤❤❤❤❤
Waawwoo Eebbiifama Yaada Ajayibaatii Dhugaa
Ajaayiba jabaadha risa
Waaqooko jabaa namaa❤
Wow good Advice!
Wawoo bagaa nagaa dhuftee dhiraa koo
wow!!!!!umurii nuuf dheeradhaa!!!
Dhugaama Waaqoon nama artitii
Ati dhuguma sanyi baalchaa saafooti❤❤❤❤
dhuga bayee namati wan bayeen iraa baradhe nuf jiradhu waqoo
Thank you waqo
Jiraanya namaa keessa galanii bukeessuurra, waa'ee ofiirratti xiyyeeffachuu akka qabnu sirriitti kan nu barsiisu interview bareedaa! Galatoomi Waaqoo!
Dhugumaa Balchaa Safoo Waqoo jabadhuu
Your's dialogue well& good idea
Waan hedduu irra baradhee galatoom 🥰
Waqoo intelligent man
Wow wako
Yaada bareedaadha, waanan comment sigochuu barbaade Befiqaaduun siif kaasee jira, garuu ammuma kana ija jabaattee dubbachuunkeemmoo natti toleera (obboleettiikoof) Waaqoon immoo jabaadhu hojii kana gara Business tti jijjiiruuf yaali yeroo baay'ee ijoolleen keenya fiilmii yommuu hojjetan afaanuama duwwaa Aarsaa guddaa kaffalaa jraatuuyyuuni.
Jabaadhaa, itti fufa................................
Nuuf jiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤
Risaa media yeroo jalqabaaf harran dhaggeeffadhe dhugaa
Afaan oromo bareechi hadhoo koo😘
English😢😢
Halee keenya afaan sirnaan fayyadami dhiifama waliin😢😢
Gaazexastu cimtuu jabaadhu
Ilove wako
Waaqoo argeen ishii ❤
Goota oromoo l love you from my hearth!!!!
Mucaan kun heduu jabaadha💚💚❤❤👍👍
Waw dhugaa dubbachuu waliin dubbii(interview) irraa baay'ee baratamudha jabbadhaa.
Honestly very nice thank you keep up the good work but if you finished with the same language you started without anything I didn't know anything about you without makin anything out of it in my opinion thank you!
Nice podcast
By z way intala host godhaa jirtuuf Waaqo cimina isaanii adda baase hin ilaalu.
Akka shamarran keenyatti baayye cimtuu dha.
Warri ammoo maa ofii haasofta Jettan Kun interview miti podcasts dha malee
Kan biraan ammoo warri maa afaan keessa makta jettan afaan English baradhaa malee ishee hin komatinaa
Beqqa cimtuudha maalif aartuu ? HIN DANDEESSI beqqa
Keep going ma sister ❤
Faraduu yaroon yaroo Qabsotii #WBO🙏❤️👍✊💯☮️ why are you people are dying slaughter by Ethiopian empire go fight for your right then you can have your only show when you have your own freedom when you have your rights
Wel come
Sagantaa bareedaa fi barsiisaadha ture, obboleeytiin garuu sagantaa Raabaa Doorii omn hordofaa turte fakkaataa ingiliffa mixed godhuu baay'ifti😂 kana sirreeyfadhu jannaani, waaqoon ammoo cimaa namaati 👍
I like it omg
❤❤❤❤❤❤waqa kenyaa juradhuu
so ,exacting, evething wan jedhamu kun afaan english waayiitii?
Dhugumaa Baalchaa Saafuu
Ok ok ok ok ok malee hin bekktumoo😳😳😳😊
😍😍Na jiraadha
waqoo hedduu sii jaalannaa hasaakeef qosaa kee dhageefannee in quufnuu Addunyaa kolfuun ulfatee keessatti kennaa gatii qaalii ta'een nuuf latee nuu kolfsistee Gltom oromoo qofa miti addunyaaf nama jabaa bara kana kessaa jirataa jirudhaa atii Abdii Alamuu barataa DVM waggaa 4 Amma halaa practice Bishooftuu dhufee jiruudha
❤❤😊
Jebaadhaa
Well come ❤❤❤
Waaqoon beekessa akkana isa hinseene dhugaa jiraadhu beekadha inni
Wwwwuuuu6.
Bayee ebifamaa dachaaa.
Anilee hara kasse naa gubba middaa. Koo.
Bayee samuu koo midhee malee bu,a naf hin qabuuu.
Bayyee siriniraa barumsaa baradheeeee
yaada gaaridha😍
Waqoo Kenyan ❤
🙏🙏
Hassan kesaan bayee namati tollaa dhugaa
Waaqoo ilmaa sabaa jiraadhuu dhugaa hedduun si jalaadhaa qosaan kee baay'yee nati tola umurii dheeraa jiraadhuu
Waaqoon taatoo Ajaayibaati. Aartistoota Ani dinqisiifadhu keessaa nama jabaafi hiriira duraarra jirudha. Nuuf jiraadhu hirkoo keenya!!!
FM mee nuf banaa
Hintalli Kun of jejjiy?moo attami waansaa?
Waaqo qabeenya oromoo isaa guddaa nuuf jiraadhuu 😍🫶👏👏
Intalattii afaan oromoo qofa haasayi jedhiin