Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
#Hangaatuun Dhugaa intala Jaalala dhugaa beektu,intala Jaalala dhugaa irratti du'aa jirtuudha.Seenaan ishee hedduu nama barsiisa.Kanaaf Abbaan manaa ishee yoo badii qabaatteeyyuu badii San irra dabreefii jireenya ishee wajjiin gaggeessuu qaba.Sababaan isaallee:-1.Jaalala dhugaa kana kunuunsuu qaba.2.Akka Aadaa Oromoottii fi Amantaa Musliimaatti dubartiin hanga feete jaalattuuyyuu salfiin dhokfatti.kana hunda cabsitee ifa baaftee ibsachuun ishee kun namaa fi rabbiin birattis cubbuu waan ta'uuf, cubbuu kana jalaa bahuuf mucayyoo tana kunuunsuu qabda.#Kanaaf akka namaattiiyyuu Yoon Yaadnu miidhaan ishee kun miidhaa keenya hunda waan fakkaatuuf,Obboleessa kiyya rabbumaaf jedhii,irra waliif dabraatii mucayyoo tana wajjiin jiraadhu siin jedha akka obboleessa Musliima tokkoo fi akka ilma Oromoo tokkotti.#Walumaa galatti adduniyaan tuni xiqqoodha,Ganda daguuti.kanaaf rabbumaaf jedhii araaramiinii Waliin jiraadhu jedha.
Dhuga ketii muacatii bayee Midhama jirtii garu cubun mucatii isa hin dhisuu 😢😢 bayee adabaa qabadii❤
Dhugaa keti galatomi gorsa baredadha
Jaalalli cubbuu qaba. cubbuun mucayyoo kanaa baayy'ee ulfaataa akka ta'u beekuun gaariidha. dubartii akkasitti laphee namaa cabdu argacjuun baayy'ee ulfaataadha. haala mijataa argame kamiinuu quunnamee yoo walitti araaraman lachuu fayyadamoota ta'u jrdheen gorsakoo siniif kenna.
Jaalachuun kee waan gaariidha innis ofitti gaabbe deebi'uu baate waadaan jaalalaa isa ni nyaata dubbiin dabaree waan ta'eef
Waan gaara naama nytuu dubiin Abboo Akaanatii gaara ittii hiin jabatiin gurbatii
Bareedduu! Hin gowwoomin ati ammayyuu abba feete itti heerumuuf bareedina fi simboo qabda. Kanaaf atis dhiisi of murtessii tokko filadhuu waliin jiraadhu.
Yaa abbaa warraashee dafii hatataman mucaa kanatti deebi'ii. Akkas hin gootu ta'ee jennaan rabbi tokkich si hin dhiisu
Wa malee dhiirri lafaa ka'ee akkasi garaa hin jabaatu, ràkkoo dubartootaatu garaa jabeessa
ayii jaalalaa waan jaalalali namaa gootu namaa jaalate dhaabe tuu beeka😭😭😭😭dhugaan yoo kaan sii jaalatu taa'e rabbi waalit isiin haa deebisuu
hubadhu!Miira ishee siif jette tohachuu dadhabuun ishee sitti cubbuu ta'u malee waan si dhiisuu miti. Kanaaf itti siqi qalbii ishee fayyisif maaloo!
Kuni cubbuudha jalaa dhagayi yaa namana rabbiin birattillee kuni waan ulfaataadha
Waaqayyoo jalalaa keessan Duran isin haa deebisuu Dhugaa duubachuufi onnen takkaa midhamee fayyuun ulftaadha 😢 anis miidhama akkasiin qaba Waaqayyoo walitti isin haa deebisuu jedhamee oromookoo😭
Ayzosh waqayyo walitii sinii haa debisuu😢❤
Ana garuu muudannoon Angaatu tuni ammaa jeettee himattee kana nattii hin fakkaannee.maalif fuula ishee irraa miira gammachuu qofatu dhagayamtii yammuu haasoftu.
Hayi jalala wonti jalali nama gotuu waan bayee dhugaa
Heeraa fii seerri yoo jiraate haa nuuf qabamuu gurbaan kun bakka jirutti barbaadamee
Baayee gaariidhaa,Hamdiyyaa hedduu sirraa tola.Garuu ''kazzaa'' jecha jettu waaniin naaf hingalle
Jalalaa jeechuun gawwadha rabbin walitti isin haa deebisuu habibitti ❤🙏
Wow Hangatu Ahmad way heduu sii dinqisifadhaa❤ wly hasofnii ke garaa na nyatee dhugaa ketii jalalatii fallaa goytatii❤
Keza isii jettu sana ergasiitti jijjiiri haadhookoo ❤
Baay'ee namatti tola seenaan jaalalaa isaanii Garuu maalif akkasitti garaa sirraa murateen gaaffii ulfaataadha
Wayyoo hangaatu jaalala akkasi dabarsite.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ mashaa alahaa heduu namaa jalalatii Rabin siif haa debisuu
kan siif gale isaaf hin gallee ta'a!! yoo rabbiin waliif isin uume wal-arguun keessan hin oolu,garuu immoo akkas ofhin miidhin.
Rabbiin wali isin haa deebisu yoo qooda waliif qabaattan
Abshiir nama isa caalaa jaallatuufi si jaallatu siif ha kennuu❤
Hojima dhira tokko tokkottu akkasii. Dhirri garriin yoo ati sirritti jalachuu kee bekee sitti of tulanii. Dubarrtiin yo nama jalate of duba debi'uun kenna ni ulfata. Amshir Rabbiin woliti isin hadebisuu yaa worra dhiraa dubarttii dhugaan isiin jalatee garaa iti lafaa.
Muddanno kot kuni😢Jabadhuu giftii koo akka hiree ofii jiraatu😢
Dhiirti yoo jaalate siti boonuu eegalti ati silaa jala fiigu hin qabdu ture garuu jaalalatu tana hunda nama godha ani sirritin sirraa fahama miira ati kessa jirtu hunda yaa ukhtii insha'Allah yeroo dhihoti onnee tee tan jaalalan madooyte tana rabbiin sif haa deebisu insha'Allah
❤❤jalaallii Dhibee guddadha garaan Rasbbiin wal'ansaa OBN gzx Hamdiiyaa Furmaannii wal eeguun Dirqama humni dhageeffatu pro Sammuunitins wal'ansaa fayyaan fagaatee Eegumsaa yaannis
hin kadhaatiin kan hiree kee Rabbiin of harkaa qaba darbii jaaladhu nami hundi tokko mitii😢😊
Jalachuun hin dhibbu garuu onnen tokkichaa midhamite daafte hin fayyituu😢
Amshiir rabbiin waliti isin ha debisun inshaa Allaah ❤
Wallahi ni Cubbifamta Obboleessoo. Sa,aatiii 24 keessatti Siif jira jedhiii deebiii kenniiif. Yooo didde mana Murtiii jaalalaatiif dhiyaachuuuf jira. Gaabbiiif Eegeee Abbaaa booda jedhu. Booda hin gaabbita
Sirrii jette. Akkamitti,dhiirri hangas jalalleesaatti garaa jabaataa? Adaraa rabbii ! Fedhii fi gaaffii mucayyoo kanaaf deebii hatattamaa kenniif.
@@addis8247❤😂😂😂
Seenaa jaalalaa Nama gaddisiisudha.Osoo namni wal jaalate walumaan jaaree namuutuu jennata hin barbaadu ture. Egaa jaalalti tun Akkana, nama boochifti, nama maraachiti,,,,,,,,,,,,Kan ati jaalattu Rabbi siif Haa kennu Hangaatuu teenya.
Rabi waliti isiin haa deebisu
Uuf maali jaalalli akkana ati maaliif gaaffata jalqaba kanaaf sirraa quufee si darbee .. dhiirti durba jala cacabdu hin feetu tan ittii uf mi'eessitu malee kkkHoma fedhe taa'ee shamarrii dhiiraa maaliif gaafattti??!!! Jaalalli nama hin ajjeestu du'a wayyaa kanarra Auzubillaahi rakaasa uf hin godhinaa please shammarran
Rabbii isiin haa arasuu❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin siif haa kennuu kan isaa caalaa kabajee waliin jirattuu abshiir qodumaa kessantuu hagasuma
😂❤😢😂
Uuuuuuufffff😂😂😂😂😂
Wly Rabbiin dhugamaa yoo jalaala walitti insin haa debbisuu❤️❤️❤️
❤ rabbit waliti issin haa debbisu jaalaali hamaadha
Nama si jaallanne hin jaalatin
Waqayyoon waaliti sin yaa deebisu bifaan bareedu asawaa bareedu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hamdiyaa rifeensi kun alaa galuu hin dhiifnee si
Raabiin waliiti isiin haa deebisu❤
Rabbiin sii haa milkeesu inshallah qaalii teenya ❤❤😢😢
Dhirri Harargee jaalalaa hin beekuu wlh dhisii
❤❤❤woow jallallii Balladhaa qashtii Oroomo
Siif rifattuu qaba hedduu namatii dhagayama
Jalala kee kani durii betaa mallee amma inni wan keessa jiru hin bektu kanafu jirenya mataa ketii egalii bareeduu too waqayoo kani issaa callaa jallatuu sifii haa keennuu
Rabii waa isaa qofaa qabaa sis wanii qalbii tee fayisuu bakaa sif Haa busuu
Ati bareddudha kan si kabajuuf si jalaatu walin jiiradhuuuu❤❤❤❤
Hangaatuu dhugummaa dhalatee sanyii Koo.❤❤❤❤❤
Rabbiin walitti isin haa deebisu
Abshiir Rabbi walitti isiin haa deebisuu😢😢😢😢
Hangatuu hadhokoo waqayoo walitii isiin haa ararsuu waqaa koon siif kadhaaa
❤❤❤❤dhoksaa artUmar Usleeyimaan hawaasaa Gurriis Eegumsaa jalaala Bahaa/dhihaa osoo beeknee Qabamee namuu garauu ijoollee Su'uudi Arabia Art Halloo daawwee innalillaahi wa'innaa ileeh raajii'uun ijoollummaa😊
Ani Akka yaada kiyyaatti sababa malee irraa adda in baane namichi waatu jira
E jalaltii shamaran tenyaa❤ ta harargee muxuq gotee Daraa nu gotee😂
Hamziyaa gahee rìfensaa kana sataradhu
Rabbiin dhugaa kee itti hami'eesu
Rabbiin wolitti isin haa deebisu
Hin dhalleefii hoggaa lamaan kana keessatti dhiifama wajjiin
Rabbi siif haa deebisi
wayyooo jalalaa dhugaa bayyee nama bochissaa
Uuuufff 😢😢😢😢😢😢😢 qaali raabii nama gar issf haafud
Rabi jidukesani hatolichu isinihaararisu
❤❤❤❤❤ rabii waliti sina nanesu baredu too🥰🥰🥰💔😊😊
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 uuuuuuuuuuuuuuuuuuuufffuuu..jaalali..gowwaa.naama.gootii😢😢😢😢😢😢.misikinaa.dhugaa😢😢😢
Mashala jiradhuu gararuu nafi dawallii
Rabbii waliitti siin deebisuu ayii baay.ee midhamtee
Akamitii hin booyiinii Atii 😢😢 obn kanarati Sura tee post gonaa 😭😭💔👈tana
Miskiina kiya rabbiin wolitti isin haa deebisu❤😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waayii badaa jaalalaa
Harargeen tenya dhugaa malee Beytuu Aha!!!
Jaalalaa dhugaa hin jiiruu
Inni yona fudhee jireenyas kee jiraadhuuu😢❤
rabbiinkee saa gargaaru
Way jaalala😭😭😭
Maalirra akkaa jirtan natttii himaa
Rabbii sii haa qabu
❤❤❤❤❤rabi.waliti.isin.adebisu
B/sa'a Mulaatuu Likkaasaa ti G/Q/W/tiQophiin keessan namatti tola!
Senyii nama Sini jaladhaa
Witini midiyarati si arikuu wan na cina jiritu seheeni if cina lalee
Rabbi walitti isin haadeebisu nibaredda waantaatef hinaafeet.😂😂😂😂😂😂😂
Jaalalti afrikaa keesati umriin ishii gabaabduudha
Rabiin waliti isini adeebisu
😢😢😢😢😢😢whii badaa anaa
Qophesituu yeroo jalalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bakka jalaaltii gesse jibaanttii nii gessesii jeechuun san dhugaadha.
Garaa nama nyaata!Ibboo dhiirota Oromoo dubartiif garaa laafaa!Dubartiin Haadha, obboleetti, intala ati dhalte waan ta'eef kunuunsi, " Qubii ofii hajaa'ullee kutanii hin gatan, " jetti Oromoo!
Uuuuufff rabbi waliti hisin hadeebisuu
Abshiir qalii tiyaa ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😭😭😭amshir lubuu koo
Dhiraa namaa dhisee demee nfuraa dhisuudhaa😪
Misikana uuuuuufffffiii yaa Rabbikoo
Abashirii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Hangatu qashti teenya
"Dubartoonni kan isaan jaalatanirra; dhiira ishee jaalatutti yoo heeruman gaariidha" jedhan
Rabbiin walitti isin haddebisuu
Misikinaa tiyyaa😢💔💔😭😭😭
Dhugaa Rabbii in Araramamtuuu
Qophessituu teenya Gaarii hamdiyaa mahammed please Do you know about the Hijab
Rabbin ufi isa habesisu kaa jalali waliti hinqajeltu
Rabbiin sihaa lafisuu😢
Mashla ❤❤❤❤❤❤
#Hangaatuun Dhugaa intala Jaalala dhugaa beektu,intala Jaalala dhugaa irratti du'aa jirtuudha.Seenaan ishee hedduu nama barsiisa.Kanaaf Abbaan manaa ishee yoo badii qabaatteeyyuu badii San irra dabreefii jireenya ishee wajjiin gaggeessuu qaba.Sababaan isaallee:-
1.Jaalala dhugaa kana kunuunsuu qaba.
2.Akka Aadaa Oromoottii fi Amantaa Musliimaatti dubartiin hanga feete jaalattuuyyuu salfiin dhokfatti.kana hunda cabsitee ifa baaftee ibsachuun ishee kun namaa fi rabbiin birattis cubbuu waan ta'uuf, cubbuu kana jalaa bahuuf mucayyoo tana kunuunsuu qabda.
#Kanaaf akka namaattiiyyuu Yoon Yaadnu miidhaan ishee kun miidhaa keenya hunda waan fakkaatuuf,Obboleessa kiyya rabbumaaf jedhii,irra waliif dabraatii mucayyoo tana wajjiin jiraadhu siin jedha akka obboleessa Musliima tokkoo fi akka ilma Oromoo tokkotti.
#Walumaa galatti adduniyaan tuni xiqqoodha,Ganda daguuti.kanaaf rabbumaaf jedhii araaramiinii Waliin jiraadhu jedha.
Dhuga ketii muacatii bayee Midhama jirtii garu cubun mucatii isa hin dhisuu 😢😢 bayee adabaa qabadii❤
Dhugaa keti galatomi gorsa baredadha
Jaalalli cubbuu qaba. cubbuun mucayyoo kanaa baayy'ee ulfaataa akka ta'u beekuun gaariidha. dubartii akkasitti laphee namaa cabdu argacjuun baayy'ee ulfaataadha. haala mijataa argame kamiinuu quunnamee yoo walitti araaraman lachuu fayyadamoota ta'u jrdheen gorsakoo siniif kenna.
Jaalachuun kee waan gaariidha innis ofitti gaabbe deebi'uu baate waadaan jaalalaa isa ni nyaata dubbiin dabaree waan ta'eef
Waan gaara naama nytuu dubiin Abboo Akaanatii gaara ittii hiin jabatiin gurbatii
Bareedduu! Hin gowwoomin ati ammayyuu abba feete itti heerumuuf bareedina fi simboo qabda. Kanaaf atis dhiisi of murtessii tokko filadhuu waliin jiraadhu.
Yaa abbaa warraashee dafii hatataman mucaa kanatti deebi'ii. Akkas hin gootu ta'ee jennaan rabbi tokkich si hin dhiisu
Wa malee dhiirri lafaa ka'ee akkasi garaa hin jabaatu, ràkkoo dubartootaatu garaa jabeessa
ayii jaalalaa waan jaalalali namaa gootu namaa jaalate dhaabe tuu beeka😭😭😭😭dhugaan yoo kaan sii jaalatu taa'e rabbi waalit isiin haa deebisuu
hubadhu!
Miira ishee siif jette tohachuu dadhabuun ishee sitti cubbuu ta'u malee waan si dhiisuu miti. Kanaaf itti siqi qalbii ishee fayyisif maaloo!
Kuni cubbuudha jalaa dhagayi yaa namana rabbiin birattillee kuni waan ulfaataadha
Waaqayyoo jalalaa keessan Duran isin haa deebisuu Dhugaa duubachuufi onnen takkaa midhamee fayyuun ulftaadha 😢 anis miidhama akkasiin qaba Waaqayyoo walitti isin haa deebisuu jedhamee oromookoo😭
Ayzosh waqayyo walitii sinii haa debisuu😢❤
Ana garuu muudannoon Angaatu tuni ammaa jeettee himattee kana nattii hin fakkaannee.maalif fuula ishee irraa miira gammachuu qofatu dhagayamtii yammuu haasoftu.
Hayi jalala wonti jalali nama gotuu waan bayee dhugaa
Heeraa fii seerri yoo jiraate haa nuuf qabamuu gurbaan kun bakka jirutti barbaadamee
Baayee gaariidhaa,Hamdiyyaa hedduu sirraa tola.Garuu ''kazzaa'' jecha jettu waaniin naaf hingalle
Jalalaa jeechuun gawwadha rabbin walitti isin haa deebisuu habibitti ❤🙏
Wow Hangatu Ahmad way heduu sii dinqisifadhaa❤ wly hasofnii ke garaa na nyatee dhugaa ketii jalalatii fallaa goytatii❤
Keza isii jettu sana ergasiitti jijjiiri haadhookoo ❤
Baay'ee namatti tola seenaan jaalalaa isaanii
Garuu maalif akkasitti garaa sirraa murateen gaaffii ulfaataadha
Wayyoo hangaatu jaalala akkasi dabarsite.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ mashaa alahaa heduu namaa jalalatii Rabin siif haa debisuu
kan siif gale isaaf hin gallee ta'a!! yoo rabbiin waliif isin uume wal-arguun keessan hin oolu,garuu immoo akkas ofhin miidhin.
Rabbiin wali isin haa deebisu yoo qooda waliif qabaattan
Abshiir nama isa caalaa jaallatuufi si jaallatu siif ha kennuu❤
Hojima dhira tokko tokkottu akkasii. Dhirri garriin yoo ati sirritti jalachuu kee bekee sitti of tulanii. Dubarrtiin yo nama jalate of duba debi'uun kenna ni ulfata. Amshir Rabbiin woliti isin hadebisuu yaa worra dhiraa dubarttii dhugaan isiin jalatee garaa iti lafaa.
Muddanno kot kuni😢
Jabadhuu giftii koo akka hiree ofii jiraatu😢
Dhiirti yoo jaalate siti boonuu eegalti ati silaa jala fiigu hin qabdu ture garuu jaalalatu tana hunda nama godha ani sirritin sirraa fahama miira ati kessa jirtu hunda yaa ukhtii insha'Allah yeroo dhihoti onnee tee tan jaalalan madooyte tana rabbiin sif haa deebisu insha'Allah
❤❤jalaallii Dhibee guddadha garaan Rasbbiin wal'ansaa OBN gzx Hamdiiyaa Furmaannii wal eeguun Dirqama humni dhageeffatu pro Sammuunitins wal'ansaa fayyaan fagaatee Eegumsaa yaannis
hin kadhaatiin kan hiree kee Rabbiin of harkaa qaba darbii jaaladhu nami hundi tokko mitii😢😊
Jalachuun hin dhibbu garuu onnen tokkichaa midhamite daafte hin fayyituu😢
Amshiir rabbiin waliti isin ha debisun inshaa Allaah ❤
Wallahi ni Cubbifamta Obboleessoo. Sa,aatiii 24 keessatti Siif jira jedhiii deebiii kenniiif. Yooo didde mana Murtiii jaalalaatiif dhiyaachuuuf jira. Gaabbiiif Eegeee Abbaaa booda jedhu. Booda hin gaabbita
Sirrii jette. Akkamitti,dhiirri hangas jalalleesaatti garaa jabaataa? Adaraa rabbii ! Fedhii fi gaaffii mucayyoo kanaaf deebii hatattamaa kenniif.
@@addis8247❤😂😂😂
Seenaa jaalalaa Nama gaddisiisudha.
Osoo namni wal jaalate walumaan jaaree namuutuu jennata hin barbaadu ture. Egaa jaalalti tun Akkana, nama boochifti, nama maraachiti,,,,
,,,,
,,,,
Kan ati jaalattu Rabbi siif Haa kennu Hangaatuu teenya.
Rabi waliti isiin haa deebisu
Uuf maali jaalalli akkana ati maaliif gaaffata jalqaba kanaaf sirraa quufee si darbee .. dhiirti durba jala cacabdu hin feetu tan ittii uf mi'eessitu malee kkk
Homa fedhe taa'ee shamarrii dhiiraa maaliif gaafattti??!!! Jaalalli nama hin ajjeestu du'a wayyaa kanarra Auzubillaahi rakaasa uf hin godhinaa please shammarran
Rabbii isiin haa arasuu❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin siif haa kennuu kan isaa caalaa kabajee waliin jirattuu abshiir qodumaa kessantuu hagasuma
😂❤😢😂
Uuuuuuufffff😂😂😂😂😂
Wly Rabbiin dhugamaa yoo jalaala walitti insin haa debbisuu❤️❤️❤️
❤ rabbit waliti issin haa debbisu jaalaali hamaadha
Nama si jaallanne hin jaalatin
Waqayyoon waaliti sin yaa deebisu bifaan bareedu asawaa bareedu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hamdiyaa rifeensi kun alaa galuu hin dhiifnee si
Raabiin waliiti isiin haa deebisu❤
Rabbiin sii haa milkeesu inshallah qaalii teenya ❤❤😢😢
Dhirri Harargee jaalalaa hin beekuu wlh dhisii
❤❤❤woow jallallii Balladhaa qashtii Oroomo
Siif rifattuu qaba hedduu namatii dhagayama
Jalala kee kani durii betaa mallee amma inni wan keessa jiru hin bektu kanafu jirenya mataa ketii egalii bareeduu too waqayoo kani issaa callaa jallatuu sifii haa keennuu
Rabii waa isaa qofaa qabaa sis wanii qalbii tee fayisuu bakaa sif Haa busuu
Ati bareddudha kan si kabajuuf si jalaatu walin jiiradhuuuu❤❤❤❤
Hangaatuu dhugummaa dhalatee sanyii Koo.❤❤❤❤❤
Rabbiin walitti isin haa deebisu
Abshiir Rabbi walitti isiin haa deebisuu😢😢😢😢
Hangatuu hadhokoo waqayoo walitii isiin haa ararsuu waqaa koon siif kadhaaa
❤❤❤❤dhoksaa artUmar Usleeyimaan hawaasaa Gurriis Eegumsaa jalaala Bahaa/dhihaa osoo beeknee Qabamee namuu garauu ijoollee Su'uudi Arabia Art Halloo daawwee innalillaahi wa'innaa ileeh raajii'uun ijoollummaa😊
Ani Akka yaada kiyyaatti sababa malee irraa adda in baane namichi waatu jira
E jalaltii shamaran tenyaa❤ ta harargee muxuq gotee Daraa nu gotee😂
Hamziyaa gahee rìfensaa kana sataradhu
Rabbiin dhugaa kee itti hami'eesu
Rabbiin wolitti isin haa deebisu
Hin dhalleefii hoggaa lamaan kana keessatti dhiifama wajjiin
Rabbi siif haa deebisi
wayyooo jalalaa dhugaa bayyee nama bochissaa
Uuuufff 😢😢😢😢😢😢😢 qaali raabii nama gar issf haafud
Rabi jidukesani hatolichu isinihaararisu
❤❤❤❤❤ rabii waliti sina nanesu baredu too🥰🥰🥰💔😊😊
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 uuuuuuuuuuuuuuuuuuuufffuuu..jaalali..gowwaa.naama.gootii😢😢😢😢😢😢.misikinaa.dhugaa😢😢😢
Mashala jiradhuu gararuu nafi dawallii
Rabbii waliitti siin deebisuu ayii baay.ee midhamtee
Akamitii hin booyiinii Atii 😢😢 obn kanarati Sura tee post gonaa 😭😭💔👈tana
Miskiina kiya rabbiin wolitti isin haa deebisu❤😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waayii badaa jaalalaa
Harargeen tenya dhugaa malee Beytuu Aha!!!
Jaalalaa dhugaa hin jiiruu
Inni yona fudhee jireenyas kee jiraadhuuu😢❤
rabbiinkee saa gargaaru
Way jaalala😭😭😭
Maalirra akkaa jirtan natttii himaa
Rabbii sii haa qabu
❤❤❤❤❤rabi.waliti.isin.adebisu
B/sa'a Mulaatuu Likkaasaa ti G/Q/W/tiQophiin keessan namatti tola!
Senyii nama Sini jaladhaa
Witini midiyarati si arikuu wan na cina jiritu seheeni if cina lalee
Rabbi walitti isin haadeebisu nibaredda waantaatef hinaafeet.😂😂😂😂😂😂😂
Jaalalti afrikaa keesati umriin ishii gabaabduudha
Rabiin waliti isini adeebisu
😢😢😢😢😢😢whii badaa anaa
Qophesituu yeroo jalalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bakka jalaaltii gesse jibaanttii nii gessesii jeechuun san dhugaadha.
Garaa nama nyaata!
Ibboo dhiirota Oromoo dubartiif garaa laafaa!
Dubartiin Haadha, obboleetti, intala ati dhalte waan ta'eef kunuunsi, " Qubii ofii hajaa'ullee kutanii hin gatan, " jetti Oromoo!