How are you Dr Nafyad your advice is very important we for youth . Thank you so very much ❤️💗 I will be ask you one question ?? Shamarran durbummaa qaban moo hinqabnetu qunnamti saalaa baayy, ee barbaada ?. Akkasumas dhiirota moo dubartootatu akka waljaallatanin dafee walqunnamti saalaa gochuu barbaada ?. DOKTAR Nafyad ati icciti jaalala kessa jiru baafte Hawwasa kee barsiisuni fi dhala namatti wanta gaafiii ta, u deebii kennufi kee Ati oggeessa fayyaa beekumsa fi dandeettii offittin Saba isaa gargaaruf nama jeettiidhan ariitiin daandii deebii gaaffiwwan Saba Isa irra Bute natti fakkaatta .!!! I will keep you for your advice and response.??
Dr me kana Naf himii jallaalleen ko wollqunamtii godhuuf Naraatii Yallee Garuu Qamniisaa Sallaa isaa Osso natii hin gallee Hidaa Xiiqo wohii Qaba Turee Achii boda Hidii sun Nicitee Garuu Qamniisallaa Isa Qama kotii hin Sennee Duruubuman ko Badee mo jiran jedhaa Pil Naf ,,,,,
Dr kenna galatomii barumsaa keetif Jechaa gafiin qaba Akkuma bekkamu nannoo tokko tokkoti wal qunamtii saala sal lama kan wal fakkatun ni gaggefama fkn shamareen takka shamaree bira wajiin wal qunamtii saala yoo rawate durbummaan ni badaa ? Maalo dr gafii koo kana naf debisii mee
Dr .. Do you recommend lithotripsy for renal stone size of 4mm and if you recommend / if yes what are its side effects? Do lithotripsy affects our reproductive system since it is radiation... please give me brief explanation on ds issue thank u !
Fedhiin lubbuu maqaanis qaama miiraatii Qalbiinis waraana qabeenyaa barnootaa fayyaan faayaa waraana Eegumsaa dhoksaa DrNaaf jklSaud and defense Department officials said bultiinis waraana Eegumsaa goototaa DrugIlkaaniin diinnis hiyyummaa Ethiopian soldiers free speech of ABO state university listening biruma dhufee Drlammaa magarsaa fi DrugIlkaaniin DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Addee Caaltuu Saanii garaa Eegumsaa goototaa DrAbiyyii in new generation of listening Qeerroo and Qarreenis state university fiBeekumsaan
Galatoomaa. Gaaffii keessaan guyyaa tokko karaa youtube live seeneen isiniif deebisa. Fayyaa hin dhabinaa
Namoota jaallattaniif share godhaa
Galatoma 👍👍👍👍👍👍💝
Dr gaaffi danuun qaba yaroo bayye isin hordofa garu akkan itti isin gaafadhu dhabe dhifa wajjin l.k keessa nuuf maxxansa
Matiiko taha
@@AmIna-ww6ww
٢
Dr naa debisakaa gafii kiyaa sinan egachaa jirabee dubayiiraa galatomaa
Jalqaba bagaa nagaan dhuftee, anii garuu gafaan jalqaba wal qunamtii salaa godhee na dhukubee garuu nan hin dhignee kanaf hiriyaan koo maliif dhignii dhabamee jalqaba namaa biraa wajjiin jiratee jedhee na gafatee sanarran wal dhabnee adda banee dhifamalee gochufiin didee ergasii dhironni na jibisissan dhugaa rabbii.
Miseensa koo tahi
Abshri hadho ko dhirii hundi toko miti
@@ashash9382 naf jiradhuu sanyii koo dhugaa ketii
@@urjjiitube5690 dhugaa ketti sii qofaa mitti anuu namaa bay.een beekaa👍👍siif imoo kan caaluu siif haa kennu waqqayoon dhirri hundi tokko mitti 😍
@@singitanoromiyaa5087 Ameen hadhokoo galatomii
Ani qabaa Alahamadulilaha yaa rabbi nagan ABBA man kiyaa biran naa gahii yaa Allaah ☝️☝️☝️☝️
Dr nafyada Getuu si jalana ♥️♥️💯💯✅
Ishoo Gobazii koo aniis Akumaa kettii Jabadhuu ofii egadhuu ishii Waqa Gadiit Biffayuu qabachuu battuu kabajjaa kettuu siiboosaa💋💋💋💋
Allaahamduilila yaa rabii kan hallalla male kan harama nuu hin dalgasisin 👌baga naa fakate 💔💔
@@khk1086 Dammaa Tiiyaa😘😘😘😘😘Kesaa too Oroomoo too😘😘😘
Anis qaba alhamdulillah. Garuu hojii gurguddaa hojjechan ture.tarii periodi wajjin na jela bade jedheen shakka🤔yeroon modasi gatu ..yaa durbummaa jedhan sana tarii asirra jirtaa?jedheen waama😆wallaahi maluma akka ta'etu gaaffi natti huuma??yoomin sohali ,sabboona wayii tokko badhaase mal aķka ta'ee arga jedheen saffi jecha jira.😆😆
Kkkk
Eyeen wal qunamtiu Male ni badaa kiyaa wal qunamtii malee badee dr. Dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhigaa kiyya lafee kiyya subscribe naaf godhi maloo 🔊
Hin qabduu ati amma
Kkkkkkkkkk akkuma koo taate atis
Obbooleettiko matii koo tahi
Malloo akkamti badaa tiruu koo mee😒😒😒😒😢😢
Waani rabbi ume akkuma rabbi jedheti badaa
How are you Dr Nafyad your advice is very important we for youth . Thank you so very much ❤️💗 I will be ask you one question ?? Shamarran durbummaa qaban moo hinqabnetu qunnamti saalaa baayy, ee barbaada ?. Akkasumas dhiirota moo dubartootatu akka waljaallatanin dafee walqunnamti saalaa gochuu barbaada ?. DOKTAR Nafyad ati icciti jaalala kessa jiru baafte Hawwasa kee barsiisuni fi dhala namatti wanta gaafiii ta, u deebii kennufi kee Ati oggeessa fayyaa beekumsa fi dandeettii offittin Saba isaa gargaaruf nama jeettiidhan ariitiin daandii deebii gaaffiwwan Saba Isa irra Bute natti fakkaatta .!!! I will keep you for your advice and response.??
Dr akkaa jatee warii duraan durbummaa hin qabne akkanumatti dhalanne jadhanii akkaa dardaraa kenyaa sobaaniifii hin sobamina warii jiraa 😀😀😀
እናመሰግናለን ዶክተር
Yaa goftaa Maluma dagenyaa maloo anii garuu dhirii ilee anaa biraa hin genyee yeroo bay'ee hojii ulftaa hojechuu irraan Kan ka'ee baduu danda'aa jedhuu
Ani garuu foqii ba'uufi gadii bu'uu biyaa arabaa na sodachisee silaa dhirii nu hin amanaanii garuu waan hundumafuu waqaayyoo bekadhaa thanks doctor
Abshir Anis akasumaa qashtiikoo
Dr ulfadhuu dhugaaa umurii ufuu dheradhuuu 🌹🌹🌹
Innii ofii isaa yoo badee booda gaafa heerumaan dhirri immoo duraa nama waliin hojetee naman jedha waqqayyoo nama haa baasuu malee💖💖💕💕💕💕💕💕💕
Akkasi mooo kan isas gafachudha akkas hin wayyuree
Dr dhifamaa woyii ani kani jiradhuu biyyaa oromaa keessaa jiradhaa kanafi mana yalaa demuu nafi hin mijatuu kanafi Gafi ani isiin gafadhee kanaa akkaa nafii debifitani Abdii qaba dhukkubba NAFAA nama irti bayyuu akkaa nannoo kotii Baralee ykn immoo beceroo jedhaa me yeroo bayyee Nafaa nama iraati bayyaa kanafi me dawaa isaa nafi himaa karaa ufiraa balesinu dhifamaa wojiin
Dr.shamarraan durbummaa qabanif hin qabne akkamin beeku
Dr me kana Naf himii jallaalleen ko wollqunamtii godhuuf Naraatii Yallee Garuu Qamniisaa Sallaa isaa Osso natii hin gallee Hidaa Xiiqo wohii Qaba Turee Achii boda Hidii sun Nicitee Garuu Qamniisallaa Isa Qama kotii hin Sennee Duruubuman ko Badee mo jiran jedhaa Pil Naf ,,,,,
Baay'ee galatomii dr kenyaa qalii ok fayaa nagaa ta'ii🌹🌹🌹💯💯💯👌👌👌👌👌👌👌👌🙏
Dr bay'ee galatoomi gaafii qaba gaafii koo yeroo marsaa laguu naati dhufu dhaa torbe 2 haafu armi koo B/bay'ee naa dhukkuba maali godhe jennani naa dhissa manaa yaala deemera naa dhissu hin dandeenye
Dr baay'ee Galaatoomi nuuf jiraadhu ulfaadhu guyya tokkoo qofa rawwate ulfa'uu daandeessii shamaarri tokkoo
Rabbii umriii kesan nuf haa dheresuuuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Eegumsaa Saayikoloojii ifaa Dhibee Gaaddisaa gurriis waraana Eegumsaa walloon yuniversity wal'ansaa gzxAnawaar yaadii argii ilmaaniin Beekumsii Ogeeyyiin fayyaa teettuus Eegumsaa dhoksaa Dubbisi deemsis injifannoo mandisni Barannee malee galaa Eebbisaa Addunyaaf harkiis international university ummataaf irkoodha waltiikfannaa international fi Beekumsii biruma
Dr bagaa nagan dhuftan wel come
Dr. baruumsa baay'ee Nuuf dabarsaa jirtanii hedduu Galatoomaa !
Memberenin suun bayyinan jira kaan dhuma qamaa dhiraa male ciitu hin dandahuu jedhaa since 🎉🎉🎉🎉
Durbuumaan xiilaaniishii tokoo yoodhumaa waaniichaa godhaanii maalee waantii biraa omtuuyuu hinbaalesuu sobaa
Kkkkk
Uuuuuuufii maali yoo herumu baatani durbumaa ofi qabatani ta'an
Galatomi Alhamdulilhaa naa qabaa yaa Rabbii j koti woli naa gahii
Dr Abbaa Cabsaa
Galaatomaa Ulfaadhaa
Anii keessaa Jiruuu
Garuu wly Bayyee Isiin Jaladhaa lakkofsaa keesaan Gaafii Qabaa Bayyee naa Dhukkubaa Dawaa Isin Gafaachufaan Mee Coment Keessaan Jelaatii naafii Barreessaa💘💚❤😭😭
Dhugaa sii turaa gaarii godhee anoo hojin biyyaa arabaa narraa fudhete moo jiraa jedhen yaddoon naa huqiseee kkkkkk
❤❤ tole ani maamila keessan haaraadha waayee durbummaa dubartootaa irratti dubarri takka ofii dubrumaa qaba jechaa qaamni saalaa ishii kan hin dhiigne yoo tahe shamareen tun guutumaan guututti durbummaan ishee kun amanamaadhaa??
Dr ani akka kootti mucayyoon baayee jaalladhu durbummaa hin qabdu garuu yeroo baayee irra deddeebiin wa'een isaa gaffii natti tanaan gafaataan ture garuu ani siin ala ewnyuniyyu waliin wal qunnamtii saalaa hin rawwanne jetti anis kun anaaf gaaffi guddaa natti taheera
Thunk you I am aprishet you
Welcome welcome Dr bayyee Galatoomaa baruumisii kessaani bayyee namaatiin tolaa lammiikoo
Uuuuuuff yaa rabbi ko situu beekka kaa yoo akka caravan ta ee dhabbanee namnii nama hin amanuu😢😢😢😢
Jaabadhuu Dr .kennaa
Doktornafyad akkamolte barumsaa kee nufqoduketif bayyisen sigalatofadhaa
guddaa galtoomii 💚💚🌳🌳💚💚💔💔💔💔💔🤩🤩🤩
Yoo yeroo xiqenati woliqunamti tasisani durabuma badu hin danada
Mamilaa haradhaa barinotaa garii kenaa jirtaa jabadhuu dokitarii
Dr anumtii duraan eessan tureeyyuu kanaan siin hordofnee??🤔🤔🤔
Bagaa nagaan dhuftee obleesaa kenyaa nuu galtomaa bayyee namatii tolaa
Thank you Dr.
Dr akkami itti debisanun jiruu baqqa al tokko banan 😭😭😭😭
😁😁😁😁
Hodhisifadhuu makinaa fidii hin debitii🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Dr,Mee akkamiti gurra mala'u ykn gurra dabarssu wal'aanuu danddeenyaa
Dr/ Nama Corona qabuu Tokkoo yeroo meeshaa Harkan Qabatee Corona Sa'aa meqaa yokn Daqiqaa meqafi meeshaa Saniraa turaa? Gafi Kanaa Naa debisaa Galatomaa
Galatomii Dr keenyaa Nfd G.et Ebbifamii
Nufi jiraadha hamani isin hin argine
Afaan keenyaa Fayaa keenyaa
Fayyaa Keenyaa Konkolaachisaa Keenyaa
Haraan maatii kee ta'ee Barumsii kee bayee Namatii tolaa jabbadhuu Dr kenyaa
Garuu anatuu Gafii natii ta'eraa
Anii Gafaan Jarisaa koo walin wal biraa genyee dhigaa hin ariginee anafuu gafii gudadhaa kun malifi ta'aa
Anilee akkumaa kee gafaa natii ta'e
Gafiii qabuu Dr Nafyada Getu
Nice doctor
Dr kenna galatomii barumsaa keetif
Jechaa gafiin qaba
Akkuma bekkamu nannoo tokko tokkoti wal qunamtii saala sal lama kan wal fakkatun ni gaggefama fkn shamareen takka shamaree bira wajiin wal qunamtii saala yoo rawate durbummaan ni badaa ? Maalo dr gafii koo kana naf debisii mee
Dr .. Do you recommend lithotripsy for renal stone size of 4mm and if you recommend / if yes what are its side effects? Do lithotripsy affects our reproductive system since it is radiation... please give me brief explanation on ds issue thank u !
Dr Nafyad Getu
Gaaffiin qaba
Nyaata nyaachuu hin fanfa'u
Kaniinii nyaata namaaf banu hedduun fayyadame humaa naaf banuu hin dandeenye ciree ganamaa yoon yaadhe laaqana hin nyaadhu yoon laaqana nyaadhe irbaat hin nyaadhu yoon tasuma nyaachuu dhabeehuu na hin beela'u maali rakkoon koo?
Dr gaffi kana nafi debis plese ofi ko osoo tane hirriyya tiyyaf si gafatuu jiraa jalqaba yeroo durubaan irra fudhatamu dhignii baay'een irra banee inni kun debi'ee sababa dhigni yeroo durubaa irra fudhatamu baay'ee irra banef yeroo isiin waal qunnamtii salaa rawwatuu baay'ee dhukubaa sababa mali ta'eef furmaan maali?
Ok thank you so much Doctor
Ofi Ya Rabii Akmini godha kana 😥
Galatamii dhugaa gafii kesakoo jiruu naf demister thanks
Shariy'a islaama kessatti immo mirkanaahe jira wanta ulfataa kaasun akka dubummarrti fi dubrti irra darar adda argmiisa jechun mirkanahe hira
DR . bayyee galattomaa. Waa bayyee isin irraa baradhee. Pls barnottaa kessannii you tube irrattii qofaa nuu barsisaa. UA-cam akkaa guddafatu.
Dr nuufa jiradha❤❤❤❤❤❤
Gorsii kessaan bay'ee namatii tolaa akkummaa kanatii itti nu fufaa
Galtommaaa Dr mashaallaa rabbiii siraaa haaa jaltuuu 👏👏
Dor gaafii qaba maalii durbartiin yero ufaa maalif waan adda adda kajisaa naaf debisii
Har. aa maatii sii taahe Dr galatoomi💕
Dhuga waaqaa anasi hi dhigane gafa abbani mana ko wojin woli qunamti godhu garu baye na dhukube
Heduu galatoomii Dr oromoo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
amazing explanation on our health.....itti fufi...
Debela koo subscribe naaf godhii pls
Yoyyaa Dr teenyaa
Alphia koo subscribe naaf godhii pls
Wel came bagah nagan dhufte garu kanan jedhu esah jiratuu
Dhigaa kiyya lafee kiyya subscribe naaf godhi maloo 🔊
Welcome Dr. Barumsa baay'ee gaariidha guddaa galatoomi 💖💖🙌🙌Jabaadhuu👍👍
Dhuga keti
Thank you dr very much
Wel come dr
bayyee namaati tolaa Dr keenyaa Nufii jiradhu
Jabbadh galatom dr keyya
dhugaa bayeen si diqisifadha jabadhuu si cidhaa jiraa itii fufuii jabaa namatii atii
Baga nagyaan dhufte doktor
Ammas dubrummaan ishee kun mana yaalatti kan uumaan badee fi kan wal qunnamtiin bade jedhanii adda baasun ni danda'amaa ???
Jabadhuu
Welcome baga nagaha dhufatanii
Uuuu anii hin erumuu idana qabaa edaa in Raakkoo Baayyee qabaa
Dr an gaafa Sana baayyeen dhiigse
Waari dhira kun kanumaf maratu dhiguma dhangalasuf 😏😏😏dhiri tokko tokko kanuma yoo argate akka gotati of jaja😏😏😏😏
😃😃😃😄😄😁😁😁🤣🤣🤣😂😂😂
Kkkkkkk Maraata. nama gammachisina?
Dhuga keti
@@sifanmalaku2369 dhifaama wajjin maatii naaf ta'i
Eyyen kaa attii dubbaara wallaggaa tatee gaattii durbaa fi haadhaa kan qixatee tokkoo gotteere kabaja keettii durbumaan kee
Galatoomii Dr Gaafii qabaa yeroo wal qunamtii salaa godhaan dhagalaan qamaa dhiiraa keessa bahuu sababaa malitiifi nama gubaa qamaa salaa Dr??
Dr ani durbuma koo jalalee kof kenu sodadhee😭😭😉
hin keenini Ama herumtuti
Guyyaa heerumtu keenun kee hin oolu.
Raabbiin isnii haa jalaatuu galatoomaa 👍👍👍
Fedhiin lubbuu maqaanis qaama miiraatii Qalbiinis waraana qabeenyaa barnootaa fayyaan faayaa waraana Eegumsaa dhoksaa DrNaaf jklSaud and defense Department officials said bultiinis waraana Eegumsaa goototaa DrugIlkaaniin diinnis hiyyummaa Ethiopian soldiers free speech of ABO state university listening biruma dhufee Drlammaa magarsaa fi DrugIlkaaniin DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Addee Caaltuu Saanii garaa Eegumsaa goototaa DrAbiyyii in new generation of listening Qeerroo and Qarreenis state university fiBeekumsaan
Galatoma Dr.Keenyaa💚✋
Dhigaa kiyya lafee kiyya subscribe naaf godhi maloo 🔊
Nuuf jiradha dr
Wel come jedhee qalii
Ya Allaah akkam jettani nunsodachisaka
Durbbummaan Wal qunnamti saala malee hin baduu kana jechuun sobadha ykn immo dubara sossobuudha kun
Esaa fidudhaa durbumaa😅😢😂😂😂😂😂😂😂
Galatomi dr sabbonna keenyaa umuri nuuf dherradhuu
Galatomaa Dr kenyaa
Yerroo ulfaa gadamesaan dubaartii maaf alaatii baha😭😭???
Sanyii koo subscribe naaf godhii maloo 🔊
Gorsa bareduu❤
barreddaa jabbadhuu barumsaa guddaa sirraa argattaa jirraa
Eddu galatomi Dr kenyaaa💐💐
Malif dirmamun namati baha tafafimudhi irrat
Jabadhuu galatomi waan ofii 👍👍
Doktor bayee galatomii har'aa kunoo matii siif ta'eeraa
Namiin nyataa malee guyyootaa heduf yoo ture maltuu Irraa gahu danda yaa Doctor
Never mind to do it make so everitnoiud
Bagga ngy dhuftan
Akkam jirtu gaaffi xiqoon qaba dhifama fana furdinaa akamitti. Hirrisun danda,ama