Nama qaamni isaa dhiphaa ykn duudaa ta'ee operasiyoonii dhaan fayyitee bultii ijaarrattee ilaan hortee jirtu nan beeka, garuu inni cabe sun fayyifamuu hin danda'amuuree?
Dr raakoo intaaloo sana naafii gala qaamni intaaloo sanii dalgaa budeeda ishii irraatti argaamu hin olluu ok jidduu irraa adaa namoota hedduutu jiru akasi anaa caabuu qabeenya filaatama😂😭!
Waaqayyoon Isa fayyisu ishefis furmaata ha barbaduuf ni ulfaata baayyee Garu waaqayyoof hundinu salphaadha🤲🤲🤲😭😭😭
Dr koo Dhugaa akatanii sii jaladhuu♥️♥️💔💔
Dr. Qalii kenyaa dhugaa barumsaa ketii takkaa qosee hin bekuu namooni itii qosaa jiraachuu maaltuu haa tahuu Ani qosaa ketuu akka barumsaati lalaa Kanaafuu mucalee rabii haa fayisuu Dr. Heduu galaatomi🙏😍 kaan amaantee ni fayaadaa😍
ua-cam.com/video/_2jqIvzrSiA/v-deo.htmlsub_confirmation=1 maatii naaf ta'i
Yaa rabbi ☝️ nuu baraarrii homaa hin dhageene dhagaaya Jira a'uzubillah 🙊 yaa rabbi ☝️🤲 yaa allah ☝️🤲😭😭😭😭
Nafiko nuf jiradhu dhiroko barumsa bareeda nuf laacha jirta jabadhu
Yaa lami Koo sagalee haa tanu umataa kenyaa waraa dhumanitif yaa rabii nu dhaqabi Wana gadhee hin hasina 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🇪🇹🇪🇹🙏🙏🙏
Eyeen hin cabaa nama gunamee argera Inis isheetu iraa,bahee Sanaa bodaa,cabee
Dr nafii bayee isiin jalaadha burqaa bekumsaati atiii heedu galtomaa❤❤❤❤❤❤❤
Wayooo🙆♀️ Halana dhiirii durbuma jibera baqa baga gammadan warri durbuma hin qabne 😂😂
Maati naaf tai sanyi
Dubbin jabate baranaa
Kkkkkkkk
@@yahyashow68 kotuu matii nafii ta.i
@@muslimhm6128 kotuu matii nafii ta.i
HOJII KEENYADHU Dr.... Yaani dhugaa dha 👏👏👏👏🥰
🙆♂️🙆♂️🙆♂️🙆♂️🙆♂️
😢😢😢😢
Ammaa iyyuu jiraa ree durbummaa ishee
harqaa wayii yoo si jalaa cabewo
Oromoo.matii.naaf.ta.a thank you
Tole
Tolee jaba nama,😍
Role dhiiro
Tolee
Silaa durbumaa huduu hin dhiguu jetee akkamitii bekkuu dadesii akkaa fudhatanifii hin fudhanee❤❤❤
Abbaa cabsaa Dr kenyaa nufii jabadhuu
Dr kenyaa yeero maraa ijjoleen Shammarani Kittanu yon Anna qabaa issa jedhaan qabammtee serran dhigiisa yoo irran micaamnee Gaddamees nidudaa malif yeroo kittanamturi Anishee wan mada'uuf micaa sirri barrbadaa Rakoon kanaa irra calati hin bayyataa Dr kenyaa
kotuu matii naaf ta'ii sanyiikoo maloo
Safuu yaa Waaqayyoo ☝️ nu oolchi 🤲😭😭
Waan Karaa haraam taheef cape
silaa Halaalfatee ykn Nikaa hidhatee
karaa Heera oromootiin
ykn cidha godhate fuudhe
yeroo salpaatti rabbiin laaffisaaf tanuma dubbiin
.
Abbaa Cabsa
Yerooma duraatu zinaa dalaguun Haraami
Ijoollee teenya University hin erginu ganaa
kotuu matii naaf ta'ii keennaa
Kotuu manaa koo Matii nafitii oromo koo like
Dr baayee galatoom baranotaa baayee nu barsiftaan umrii nu dheeradhaa 👍
ua-cam.com/video/_2jqIvzrSiA/v-deo.htmlsub_confirmation=1 maatii naaf ta'i
Dr amma ammaati Durbummaa 1 qoofån Argadhee Isäyyuu Qaamnishee dhiphoo waan ta'eef hin fudhee dhabeen Afee
Dr intallii durbummaadhuma moo waan biraa................
kotuu matii naaf ta'ii sanyiikoo
Wow wow wow jabadhuu sanyii kiyyaa asumaan maatii naa ta.aa oromoo tiyyaa
kotuu matii naaf ta'ii sanyii
Barumsaa bayee garidhaa asumani kotaa matii nafii ta.a hadaraa oromoo koo ❤❤
ua-cam.com/video/_2jqIvzrSiA/v-deo.htmlsub_confirmation=1 maatii naaf ta'i
kotuu matii naaf ta'ii sanyii
Dr mashaalla nuf jiradha
Yaa Dr.akkuma nama bira dhaabbatee ilaalaa turetti haasoftawoo akkamii?
Please Dr. Gafii kanaa naa debisii qamnii salaa dubaraa lamaa moo tokkoo
Alahamadulilaha kaniinin isalama tahe Wan akkasi hiin hojanu nutii
dhugaa kettii galaatoomi Dr
What would happen after though? Deebi'ee fayya moo akkuma cabetti hafa
Wayyoo Anibade Nama Jabaa Iyyaafadhuf Maalo kķkkkkk
1 Debii'ee hoo ka'uu hin danda'uu kan cabe kun ?
2 qamnii saalaa dhiraa akka ka'uu Kan tasisuu maal jedhamaa?
Ebbifami dr man koo 😍😍😍😍❤❤❤🙏
Dr kaan duddaa jedhee dhugaa intaalii essumaa kotii nama waggaa kudhaa 17 hin tatii gaaruu qaamminii ishii duddadhaa maalii godhuu ishii hin immatuu gaaruu haatii hin bekktii
Ummadhaa. Intallaa olaa kiyaratii argee ummadhaa
YAA RABBII JABAADHA DOCTOR
Doctor rakkinni qaamnni saalaa yeroo walqunnamtii saalaa dubbara dubrruummaa qabdduu yoo itti dhiiban dacha'uu maali? Furmaanni hoo?
Dhageefadheen ture duran isheen sirri nati fakaatuu Dr
kotuu matii naaf ta'ii sanyiikoo
Isi Nama meeqatu ittii Fayyaadama Yaa Rabbii
ua-cam.com/video/_2jqIvzrSiA/v-deo.htmlsub_confirmation=1 maatii naaf ta'i
Dr abbaa cabsaa nuuf jiraadhu
Baay,ee Nama gaddisiisaa wly 😭😭😭😭☝
Maati nāf tahii garakoo
kotuu matii naaf ta'ii keennaa
Doctor akkamitti cabee waanti kuun?
Dr dhugaa oromoon mafii wani hin baranee
Hin fayyaafi moo hin fayyu?
Amma isheen yeroo obershinidhan balisanii moo ishee dhukkubu ykn yeroo mucaa godhatu
Dr galatoomi sabboona keenya wolloorraati
Uuffff maaloo bibilaa kee akaamin argadha anumti illee akkasii waan sii gafadhuun qabaa
kotuu matii naaf ta'ii sanyiikoo maloo
Abbaa cabsaa. ❤❤❤❤❤ gudda galtoomaa
Dhiirri kunoo akkas hamma wareegamutti kan qabsaa'e kkkk thank you doctor
kotuu matii naaf ta'ii keennaa
Maali eggaa dhiira 5n jechuun kun 🤔 horii dha moo
Hey my Dr why I am hungry all the time
Akmaa nag mi
dhugaadha 👍 👍
Wayyoo akkam godharee ni fayyaafi kan cabee
Dhugaa garuu
Muca jira dr amaa yallaa argatere?
Akkamiti ta'uu danda'ee garuu
Kkkkkk. Dhugumaa dr. Barumsa jabdu dha.
Aa'aa...ana haanyaatu!! Argadhee Nan nyaadha jedhee nyaattame!!!
Kkkkkkkkkkkkkk
Uuuuyyii hin loltani dhugaa 😓😓
Naafiikoonifayyafii immoo
Dr share naf godhii
Dr gafii qabaa 🙋
Gafiin wahee Hadha ulfaa irraa hii ani amma ulfaa ji'a 4 fixee 5faa seenuuf garuu nyaata Ani nyadhuu keessa harki irraa caalu naa gubba kan jechuun kiyya lapee koo irratti naa dhukkuba sababa kanaaf ganama ganama gara duwwatti talbaa danfisee bulchee akkuma hirbaa irraa ka'een dhugaa kuni rakkoo daa'ima irratti rakkoo hin gessa please naa deebisi 🙏
Rabbii si yaa fayyisuu lubiyyee koo 🤲🤲🤲🙏
Abba cabsa jechii kee dhugadha 😭😭😭😭
Besmam ya waqa ko nu olchii😭😭😭😭🤲🤲
😍😍😍🤔🤔🤔🤔🤔
Ebaa godhee biyyaa Lafaara sin ka'ee Eduu galatoom
Akkamittin cabaa lafe qabamoo
dhuga hin qoossinaa dhisii dubartis tahee dhirii yoo nu jalaa midhamtee rakkodha wolii malee toluu wan taheefi wan akkan kan qosuu haa dhifnuu ijolee oromoo koo Isheefi Rabbii furmataa haa fiduu namaa rakkate hundaa rakkoo haa basuu.
matti naafi tahaa mee qaxalewaan ko
D.r Akkami Nagaya fayyaadhaa?
Nama Gaddisiisa dhugaa Rabbii qaama saalaa kiyya ni sodaata erga sanii
Maati naaf tai sanyi
gaffiin qaba qamnii saala ishee sibilaadhamo? uduun iyyuu ni saalama qamnii saala ishee uduu caalaa dhiiphata moo?
kotuu matii naaf ta'ii sanyiikoo
Doctor hin qosinaa dhugaa ta.uu danda.aa 🥰🥰🥰🥰🤣🤣🤣
Dr. Namni siin morme jiramoo, ati bari ogeessa dhimma kanaatii akkamitti siin mormina?
Ani soba hinjene rakon kun nijiraa biyyaa ani jiradhuti intalii hiryok erumte barrafi bafi bati 4dukaa tease fudhachu hinindandenye jarsisi sanaboda jarsisi akka samu cinqamu kesaa gale sugutin sodachisufi rebicha iraangahaa ture boda mucan baqate matiti galte namichi hin hiku jedhe dide baraa 2fafa demajirti rako hamadha hati mucaa yalanhinqalamtu hintuqamtu jechun mormi kaste akati innile lubusi balesuf barbadaa ama hidhamele bahe rako kanhawas kenyaa barsisun garidhaayu ittifufi
Dr qall,adhan irraa hin fudhatamuu yoo yaalan?
Welcome Dr
Abbaa cabsaa Dr keenya
Baga nagaan dhufts Dr 🙏
Translate to English
Maati naaf tai sanyi
Utuu mucaa xiqqoo itti gadhiisaniihoo?
Amaa keessan Dr
Gafii kiyya fi isini egaa
Waan akkaasi muddannoo kooti doktor
Please dr lakkoofsa bilbila kee naaf ergimee baayyee na barbaachisaa Please,, waanan si haasofsiisun qabaa
kotuu matii naaf ta'ii sanyii
Waan nama anis nama haadha manaa isaa hiike nan beeka sababaa qaama saalaa isheetti seensifachuu dadhabuutiin.
Waggaa 1 wajjin jiraatee hiike.
Qaamni saalaa ishee Lafee of keessaa qaba jedhaniin uumamaan.
Amma dubartiin akkasii furmaata biyya keenya keessatti ni argattii Dr?
Dr;;;;;;namni bishan ho;aa yoo fayyadaman rakkoo qaba???? Namni kaleen dhukubu hoo bishan akkami dhuguu qaba????galatomi naaf debis
😁 Aba Cabbssaa Dr Kenya Anii duurrmayu Siiamaneerr
Dhugaa moooooo ooo
woow barumsaa gariidha
Please so help me Dr 🙏🙏🙏🙏🙏
Kkkkkk An dr nafii tiin koolfeee
Dhalaan yeroo Saal qunamti gootu dhangalaan gadi dhiistu mal jedhamaa???
erga namni shan yaalee dadhabe kunimmaa durbummaa mitika dhagaadha malee kan achi keessa taa'ee meeshaa namaa cabsu
Hahaha dhugaa ketii 👍
Wayyoo wayyoo anaa cabu dongoraa Koo
kotuu matii naaf ta'ii sanyiikoo
Galatomi Doctoriyee 🙏😥❤️😘
kotuu matii naaf ta'ii sanyii
Bayee nama dhibbaa hagami dhugaa garuu
Nama qaamni isaa dhiphaa ykn duudaa ta'ee operasiyoonii dhaan fayyitee bultii ijaarrattee ilaan hortee jirtu nan beeka, garuu inni cabe sun fayyifamuu hin danda'amuuree?
ua-cam.com/video/_2jqIvzrSiA/v-deo.htmlsub_confirmation=1 maatii naaf ta'i
Dr meshan dhira afan isa yoo bal.atee dafe fadhin ni baha
Kkkkkkkk caabee wayoo bayee nama garaama 🤣🤣🤣🥰
Kkkkkkkkkk Hin Cabbaa moo hin Cittaa?
@@lalisegiddisa1603 tokkoma🤦♀️😁😁
Kotuu manaa koo Matii nafitii oromo like
Kijibaa namiti dhisii nuraa muxee mastishii ashaadee jirtii
Dr bayye ati nama cimadham
Gin wantichi gabaa cabe fayyida qabu 😁😁😁😁
Dr raakoo intaaloo sana naafii gala qaamni intaaloo sanii dalgaa budeeda ishii irraatti argaamu hin olluu ok jidduu irraa adaa namoota hedduutu jiru akasi anaa caabuu qabeenya filaatama😂😭!
Dr dubarti takka dhagalaa on qaama isaani irra bahu shurufka qabaate ykn yoo heddummaate dhiibbaa fiduu dandahaa????????
Rakkoon ishee bira jira qaamni saalaa ishii normal miti. Yaalamuu qabdii daftee
Jirataa Dr Nafiyad Getuu Lakkofasa kee nakken mee