Dr thank very much so giving this advice ❤❤.Dr dhiifama gaafi wahii qaba waahi qaama saala dhiiraa gooboo ilaalchise.qaama saala dhiira fiixe irratti wanta akka hiddaatin gadi qabde kana diriirsu hin dandahamuu adaraa.
Dr Qaamni saalaa koo garmalee dheerataa Yeroon wolqunnamtii taasisu isheen na dhukkuba jetti ani amma yeroo miira keessa galee itti fixuu hin danda'u maal formaanni koo😢🤷
Maaloo sanyiikoo ati fuudhii sanyiikee nuufi bayiisi ❤
Yaada keef galatomi Dr
Warri dhiraa gorsaa kanatti fayyadamaa❤
😍😍😍😍😘😘
Dr thank very much so giving this advice ❤❤.Dr dhiifama gaafi wahii qaba waahi qaama saala dhiiraa gooboo ilaalchise.qaama saala dhiira fiixe irratti wanta akka hiddaatin gadi qabde kana diriirsu hin dandahamuu adaraa.
Dr Naafyaad : Baga jirate ! Maaf baddee ? Barnonnii Ati keenitu yoo seeraan hordofan baay'ee nama fayyada !❤❤❤❤
Kinin Kun ispharmi dafe akka hin dhuufne gochu danda'a
Beekaa dhugaan sidha dhugaa, nuu jiraadhu sanyiikoo 💚❤️♥️
Dr Kenya wahee dhibee narvii irraa sih gafachuu fedha
Lakofsaa keh barbada adaraa
Bagaa baratte Kan akka kee ha bayyatuu❤❤❤❤❤❤
Dr, cirtii yokin wanata moram nama irratii bahuu akamitii balechin pilis
Thanks Galatommaa doctors
Dr osoma hin dalagini yoo wajjiin hasawee ni jigaa
Akkumaa biraa gaheen dhagalaature
Garuu muxanoo hin qabuu
Ijolee dhiraa dhagefadhaa malii kaa kunii 🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
dr yaadakeef galatoomi jechaa garuu yeroo mara focous keessan waan tokko qofarratti maaliif garuu yeroo mara waanta isin barsiiftan xiqqoo gaarummaa hin qabu maaloo waaqayyoon sodaadhaatii dhaloota ol adeemaa jiru kanarratti waan akkasii haasa,uu dhiisaa nuyi dhaloota miira duwwaaf uumame miti
Gafin qaba gafin kiyas cogaratu nadhukuba Lapee kiyaa jala na nyataa dugdaa kiya kesa allammaa lapee kotitinis akasuma na nyataa garuu yon nyata nyadhee nadhisa hin turu nyadhee sai'tii 1 ykn sa'tii 2 bodama amas nadhukuba qorichii isa malii me yon mana yalaa dhaqes wanuma isaniti toluu namaf kenuu nan fayyanee yo sif dandame suraa qoricha isati akamitin argachu danda farmasii dhaqee bitachuf akamitin argadha 😢😢
Dr.dhibee qaama saalaarratti gaafii qaba mallattoolee cophxoo
Osumaa ka'uu kan baay'ee hin jabaane yokiin kan lalaafu hoo?
ደ/ር ለኮፍሣኬ ናላዱ እፈማ ቁቤ በረሱ ባዬ ኢንቤኩ አቲ ኤቸቲን ሲአርገዳ አደራ ረቢ
0909102009 bilbilii
Thank you doctor 😘 ❤️ 🙏 ☺️ 💙 ♥️ 😘 ❤️ 🙏 ☺️
Dokorii qorichaa kana fayadamuun qama nama irrati midhaa hin gesuu?
Doctor naafyaad getuu gudda galatooma barumsaa bareeda nuuf dabarsitanii
D/r tuffeen koo isa malee nadidee maal mallii koo mee naaf himi.
Thanks you Dr
Doktri nagan sifatu akamjiru gafi qaba ilma dhran dayon jedhe yade al kaminan dau dada ❤
Thank you Dr my heart ❤️💙❤️
Dr thank you arra gaafii tokkon qaba sexi laalun miidha akkami namaran gaha? Thank you kanuma
Guddaa galatoomi Dr
Dhibee barilee ykn kan qamaan nama irrati Addate Addate muulatu akkamitan iraa fayyuu dandenyaa?
Please Dr lakkoofsa bilbilaa kee naaf keeni Dr ani biiyyaa keessan hin jiruu garuu naa dhukkuba manaa yala yeron deeme homaa hin qabdu naa jedhuu
😢😢😢 Anilee akkasuma mee yoo lakofas Dr Aragate naa lee ken
Dr. Bilbilaa Kee nuuf baresii mee Hajaa qaban?
Please dr lakoofsa Isa fedha
Aniiyyuu Akkas Rawwaatuuf Qopaayee Taa'aa jiraa
Guyyaa Aryu
Guyyaa Aruuzaa sanii
fudhachuuf yaada qabaa Akkamiti fudhadhaa❤❤
Qorichii vayigira kun guyyaa tokkofi moo yeroo hundaa
Qorichii akkanas jiraa moo malii waqayyooo akkataa ittii ummee qabaa dabalanii kun yoo hafee wayyuu dhibamuraa🙆🙆
Tanks Dr nafyad❤
Namoonii qoriichaa kana fudhaatan miidhaan Isaa maaliif.
❤Hi
Dr Qaamni saalaa koo garmalee dheerataa Yeroon wolqunnamtii taasisu isheen na dhukkuba jetti ani amma yeroo miira keessa galee itti fixuu hin danda'u maal formaanni koo😢🤷
Egatadhuma godhi
ofirraa muriii
Doctor Malo Mali Qamaa salla kauu diddee malidha
Guddaa galatomii nuf jiradhuu Dr koo
Thanks dr
Thank you ❤❤❤
Wanti qaama saala kenyaa irraati hattatammani ilmaan akkaa argane nu godhuu danda'u hin jiraa worra dhiraa irrati
Dr naafyad adaraa waan kana naaf debisaa qaama saala dhiiraa hin kittaanamin wogaa 30 tii kittaanamuu nii dannda,a?
Jiraadhu dr.
Galatoma dr nafyad ❤❤❤
Maloo mee dhukubi tokko Malee ijji koofagoti nati mulachu dide rabif jedhi na debisi mana yala deme minixiri naf ajajani furmani issaa mali
😢😢😢😢😊
@@HabeebaRose❤❤❤
Thanks dr❤❤❤
Please tell them ,not good for them,
Dr qaama sala naga hin kaa,u maatii koo gammachisui hin dandeenye mala haa goodhu
Dr dubartin qamaa sala yoo kokaani dhiqati ni fayada
Keessan si dubbisuu barbaade Dr
Galatooma dr
Dr nafyad
Dubatotaa hin miidhuu Qorichii kunii
Galatoomi Dr
Gaalatomi Dr
Thenkou dr
Addara dawwa dugdaa naf himmi dokktor
Wwwooww Galatomaa ❤❤❤
Weel come dr
Thanks
Jabaadhu Dr 👍👍👍👍👍👍👍👎👎👎
Dr wal qunnamtii saalaa raawwadhee hin beeku.
Dr. ❤❤❤
Qoricha naan barbada dokteri
Galatooma Doctor
Ullufa ji aa. Meqatii dhisani doddori😅😅
Tank you
OROMOO KOO Maatii Naaf Tahaa
Lacofesake naladhu
Galatomaa 🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰
😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤ thank you so much
Yooyaa gootoota Oromo ❤❤❤❤❤
Galaatoomaa doctor
Beyeeee gariiiu❤
Dhugadha
Mamadi am❤❤❤❤
Galatomi❤❤
❤❤❤❤❤
Kiw jechu ama 😂😂😂😂
🥰🥰🥰
😍🥰
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wan sirt
❤1
ممتاز جد
Galatomi
Galatomaa
Kkkkkk
❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤
Gaalatomi
Galtomii doktra
Add
𝑮𝒂𝒍𝒂𝒕𝒐𝒎𝒊𝒊
😅😅😂😂😂
😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂
Thank you doctor
Thanks dr
Thank you ❤❤❤❤
Thanks