Anile akkas taa.e itu durbuma nara hin fudhatiin ulfa.e dahe amma yona nadhibetuman dhise ayii caaraako 😭😭😭😭😭😭😭😭yero sanatii naman gafadhus nan dhabe hedu galtomii doktor ❤❤❤❤❤❤
Dhugaadha durbii tokkoo durbumaan ni ulfooftii wantii kun anaa irraa gaheeraa yeroo baay,een sin gafadhaa garuu naf hin deebisnee malee gaaffiin kun kanumaa kotii 😢😢😢😢😢thank you so much doctor ❤
Yoya Doctor baga nagadhan dhufte anni dhuga gaafini qaba kanafu Oso na hin deebisin bira hin darbini gadamesi koo baay,ee na dhukuba kessayu yero xurin nati dhufu baay,e na dhukkuba handhura kotinsi dhigni ni dhangala hadhura koo harkumanu tuqu hin danda,u mana yaala deeme gàru homa hin qabdu nani jedhani altira soundsi ilalame homu hin jiru jedhani anni garu hojiyu dadhabe na gaalcha jenani na didani mali mali na deebis malo anni gaari baay,Een sodadhe
Hi Doctor? Dubari takka gonkuma erga dhalattee oso dhiira walin hin ciisne gaafa hiriyya ishee walin raawwattu durbummaa hin qabdu kun akkamin ta'uu danda?
ano wly waan gafi nati the tokko mucayyon takka erga dhalate booda dhira walin walqunamti dabbarsite jirti garu durbuma hin agare garan ishes hin ulfofne
Dr plesee rakko kana na furii garuu youtube irrati sin hordofa yero bayee garaa na cinina dhufuun natii bayataa furmani isaa Mali hadaraa rakko guddaa kesaa jiraa please nyani ffayadamu hunduu narmalii baha garuu dhufun fi garaa na bokoksa hadara furmata isa
Dr hadara naf debisaa ani durbuma utu qabu ulfaye da'ee amma ergasi dhira si hin beku amma durbumni kiya hin bade moo jira gafi nati ta.,ee jira mee naf debisa hadara yesusi
Baay,ee guddaa galatoomii Doctor anaa wanumaa akkanatuu na dhibee yaddoon nama gadittii na dabarsee karaa messenger irree sin gafadheen turee garuu naf hin deebisnee anii baay,een dhiphaadha dhugaa anii qamnii ko dudaadha mo jedheen baay,ee gaddaa me Doctor lakk,kessaan nan dhufaa 😭😭😭😭
Tolee doctor garuu gafii kiyyaa deebii yoo naafi late Maaloo please ani yeroo hunduma yeroo marsaa laguu bayyee nan dhukkabaa yoo pandolii fudhee malee gara bayyee nan dhukkabaa mee midhaa qaba please doctor keenyaa Maaloo 😢😢😢😢🤲🤲🤲
it is good,but correction,"Tight premium has no relation with hymen". Making sex not must just b/c she got pregnant but she can keep her virginity till the day she want.Please dont advice to have sex for dis-verging just b/c she is pregnant while virgin but according to her plan only b/c pregnancy can be delivery through other-root of delivery.
Dhugaa ketti yaa Dr anile akkatin guddi ta'e 😭
Guyya meqaan karaa messenger sif baresee delete godhe sin gaffadha jedheen soddadhe 🥺
anif hiriyaan ko tokko da'imumatii Wal jalanee Wal kadhimane umurin kenyaa wan hin genyeef manuma matii kenyaa ottuma jiruu
gaaf kanii akkan eyyamuf naa tasisee dhoksaadhan jechudha 😁 achii anile ijolluma wanan qabuf jechaan gowwome ishii jedheef
gaffa duraa natii dhufu durbuma ko hin fudhanee ergasii turtii Wagga 1koo badde ammalee naa eyyamsisuf yalee .
Achii pirediin ko ergaa Nara dhabatee Guyya kudhan bodee Wal biraa genyee gaffa sana D kos Nara fudhateraa 😭
ergasii isuman garatii na hafee lagu koo eggen natii dhufu didee ji'aa 2f eggen natii dhufu dide ji'aa 3 fati of shakken isumaati imme
innilee in sobdaa anaf mitti akkamitii guyyuma tokkoti durbuma sirra fudhee ulfoftaa Nan jedhee .
anis itti imme hospital dhaqii ilalami Nan jedhee Yoon dhaquu kan ji'aa 3 gara qabdaa Nan jedhaan
anis innilee heddu rifanee bay'ee naa shakke inni yeroo sanaf akkamitii Guyya tokkoti jedhee 😔
# ==========================
bodde innile naa fudhatee matii kenyaa ararfanee Wagga 15 tin dhalee akkatii shawadameen 😭😂 ========================
galatomi Dr naf video Kee kana sharen itti godhaa yoo ammalee Na shakka jiraa ta'ee haa amanuu 🙏 komentii koo kana yoo agartee like godhii 🥺
Akkami durbuman jedhan kun gafa fudhatanu nama dhukubaa 🥺😓
😂😂
@@sumeyatube7351du,aan galudhaa luubbuu😢 Abbaa waraa kotiin an ajesuu barbadaa jedheenii anii😂😂
@@sarahtajitu3431 😭😭ee miskina wallah 😁 dhisure ani heruma 🙄
@@sumeyatube7351 😢😢 sif haa lafisuu dhugaa
❤❤❤❤❤ galtaa guddaa qabdaa Dr.. kenyaaa sii jalanaa nuuf jiradhuuu bayee gariii dhaa barumsii kee. bekumsaa dhumaa hin qabnee siif haa kenuu rabiii mashaallah
Shukirii
Anile akkas taa.e itu durbuma nara hin fudhatiin ulfa.e dahe amma yona nadhibetuman dhise ayii caaraako 😭😭😭😭😭😭😭😭yero sanatii naman gafadhus nan dhabe hedu galtomii doktor ❤❤❤❤❤❤
Dhugaadha durbii tokkoo durbumaan ni ulfooftii wantii kun anaa irraa gaheeraa yeroo baay,een sin gafadhaa garuu naf hin deebisnee malee gaaffiin kun kanumaa kotii 😢😢😢😢😢thank you so much doctor ❤
Dr xuriin dafee dhufuu diduun hoo maal irraa dhufa ji'a 2fi walakaa faa turee dhufa maali furmaani isaa
❤❤❤ galatoomii waan kanna na hubbachisteef anaf gaafii turee
Waallaahi anuu hini bekuu yaa rabbi naa egii amsii yaa allh
Eshi dr nuuf jiradhuu❤❤
Ebbifamii dr barinotaa garidha itii fufii🥰🥰🥰
Yaa. Doktoraa. Kiyaa. Gaalatoomi. ❤❤❤❤
Thank you Doctor
Guddaa Galatoomi Doktora 🙏🙏🙏🙏
Dr ergaa desse bodaa Durbumaan hin jiramoo hin jiruu jennare 😊pls warri beektan naf debbisaa
Akmitii jirtii jetee yada atii gafa san sababa phrdii ketin wala qunamee sitii hafuu dandayaa osoo durbumaa sira fudhatin duraa garuu gafaa desuu durbumaa dhisii qamnii ke in kanuu dabalmee si midham wan tayefii akan hubadhetii jedhee badii jirufuu na folchii
Thank you Dr❤❤❤
As wr wb akami nagy faydha qabda
Thank you so much my Doctor ❤❤❤❤
S
Dhugaadhaa Dr obboleetin koo uttuu baratuu mucaan wayisi achumaa manii wali biradhaa obboolesii koo kophatii dhiisee biyyaa galee matii biiraa kophaa ta.uu ishee yemuu arguu oll seen qabatee uttuu wall.ansoo walii qabaaiin garuu durbumaa iraa hin fudhaanee ispharimin naannoo qama saltii wan dhangaleef achumn ulfooftee ishee biyyii nagaadhaa jetee utuu teesuu ulfaa ji,aa4 ta.u shee argitee matiinlee jiban akkaamitii akkasii tatee jedhaan anii bekuu dhiraa bira hin genyee jetee garuu gafaa desuu Doktoroni abbaan manashii meree jedhan gafatan sababin isaa gafii ittii ta.e amayuu jaddamisii ishee dudadhaa durbumaa hin baneen achuman haphiraasoondhan dessee uttuuu ittii hin yaddin wana bayyeetuu namaa mudataa
❤❤ Thank you 🙏🙏 Dr
Yoya Doctor baga nagadhan dhufte anni dhuga gaafini qaba kanafu Oso na hin deebisin bira hin darbini gadamesi koo baay,ee na dhukuba kessayu yero xurin nati dhufu baay,e na dhukkuba handhura kotinsi dhigni ni dhangala hadhura koo harkumanu tuqu hin danda,u mana yaala deeme gàru homa hin qabdu nani jedhani altira soundsi ilalame homu hin jiru jedhani anni garu hojiyu dadhabe na gaalcha jenani na didani mali mali na deebis malo anni gaari baay,Een sodadhe
Yaa Doctor keenya kabajamaa gaaffii muciyyoo kana deebisaafiikaa!
Ee dhugadha dr ulfayuu ni dandesii %
❤❤❤❤hi Dr 👋 lakkosaa billiaa naafi kenii mee uuf
Doctor guddaa galatoomii waan baay.een baree gaffii tokkon qaba malootaa
Dr, keenya nuuf jiraadhuu barumsaa guddaa keennaa jirtaa galatoomi❤❤❤❤❤
Shukirii
Hi Doctor?
Dubari takka gonkuma erga dhalattee oso dhiira walin hin ciisne gaafa hiriyya ishee walin raawwattu durbummaa hin qabdu kun akkamin ta'uu danda?
Ebbifaami dr 🙏🙏🙏🙏🙏
❤❤❤ Galatomii Dr gudaa bayee namatii tolaa ❤❤❤
❤❤❤ Dr keenyaaa bagaa nagyaan fhuftaani
Shukirii
❤❤❤ dhuugaa jetee ❤❤❤
Dr furman fedhii namati dhufuu diduuu
Thank you dr
Dr meadara dawwa shantarariti menafhimma adarta
welcome Dr kenyaa nuf galatomi
Galatomii Dr nufi jiradhuu❤🎉🎉🎉 ani hojiin madaami waaa baleesaa jedheen yadaa turee amaa bare jira😂😂😂😂
😂😂😂😂
Thank you
ano wly waan gafi nati the tokko mucayyon takka erga dhalate booda dhira walin walqunamti dabbarsite jirti garu durbuma hin agare garan ishes hin ulfofne
Dr keenyaa baa'yeen sii hordofaa baa'yee sii jaallaadha garuu gaafii qaabaa anii yeerroo baa'yee vidiyoo wan qunnamtii saalaan ilaalaa ofiinin of gammachiisaa bulaa hokaa wantaa akka adii tokkotuu keessaa dhangala'a miidha akkami qabaa naaf himi Please
Dr plesee rakko kana na furii garuu youtube irrati sin hordofa yero bayee garaa na cinina dhufuun natii bayataa furmani isaa Mali hadaraa rakko guddaa kesaa jiraa please nyani ffayadamu hunduu narmalii baha garuu dhufun fi garaa na bokoksa hadara furmata isa
Doctor amalee jiradhuu marsaan laguu maliif badaa
Thank you ❤❤❤❤❤❤
Hi dr akkamitti durba ykn dhiira dhaluun danda'ama (uumachuun)?
Doctor akkam ittin durbi takka osoo gungumaa dhiraan walii hin gahiin durbumaa dhabdii anna moo kanatuu dhukkuba natti tahee
Dr kanfuu durbumaan ufayuu dahumsaa irraatii yookiin mixxuu irraatii rakkoo fidaa jechudhaa
Dhugaadha. Dr. 😭 Galatoomi
Mashaallaa
Mashaallaa
Doctor hedduu naf gaalatomii 🎉🎉
Gaariidha dhugaa
Naafiyee qaalii koo yòomuma wol fuunaree atoo lafa irraa harkiftaa anoo sii yaadee
Good job doctor kenya ❤❤❤
Dr malloo gafii koo kanaa naa debiisi hadaraa ani jarasaa qabaa yeroo isaa waliin qunamiti gonnuu qamaani koo hedduu naa gubataa yeroo fasashiin isaa narraa bu,uu Daiimmaa tokkoo waliin qabanaa biyyaa garagaraa jiraa yoo xiqqaate waggaa 4 addaan turee ani issaati debbi,uu barbaduu mee malii godhuu sababoota isaati debbiinef hedduu qabaa ququlliinane sirriiti egaatu yerooma ani issaa dhungachuu fedheesi affaan issaa follii garii qabuu rakkoo heedduu jiraa walumaa gallati dr warreen dhiraafii shammaaras quluquliin siirriti egadhaa jedhiin mee malloo wayyee kannaarraa video nuu hojjaadhuu pls dr
eddaa hin jalataa ta,ee offumaa kettif rakkoo issa akka sirefatuu itti hin himtuu sis
Dr hadara naf debisaa ani durbuma utu qabu ulfaye da'ee amma ergasi dhira si hin beku amma durbumni kiya hin bade moo jira gafi nati ta.,ee jira mee naf debisa hadara yesusi
Jabaadhu wan gaarii sirraa bare.
9:14
Baay,ee guddaa galatoomii Doctor anaa wanumaa akkanatuu na dhibee yaddoon nama gadittii na dabarsee karaa messenger irree sin gafadheen turee garuu naf hin deebisnee anii baay,een dhiphaadha dhugaa anii qamnii ko dudaadha mo jedheen baay,ee gaddaa me Doctor lakk,kessaan nan dhufaa 😭😭😭😭
Ayii gaaru durbumaan hin badaare Dr pls nati Anas na mudaatera 😢
Dubbiin durbummaa fi Tokkummaa tun sirriittii barumsaa guddaa feeti doktor continue more language........
Miidhaa in qabu Dr
Abbaa Cabisaa baggaa naganii dhufite galatomi guddaa. Anii rakkoo afanifu yoni galee herume suma birati dhufee yalamaa..
Nan dhufa sii biraa❤❤❤❤
Tolee doctor garuu gafii kiyyaa deebii yoo naafi late Maaloo please ani yeroo hunduma yeroo marsaa laguu bayyee nan dhukkabaa yoo pandolii fudhee malee gara bayyee nan dhukkabaa mee midhaa qaba please doctor keenyaa Maaloo 😢😢😢😢🤲🤲🤲
Dhugaa keessan Doctor Naaf Yaad Anis Waan akkasii Hiriyaa koo muudatee argeenbeeka!
Doctor yoo oppressinidhan mucaa desse durbuman ishee hin hafuufi ?
❤❤ dhuga keti
Doctor SGD 150.00/Month join godhaa jee,en naa dide akkamiittin join godhaa
Galatomii Dr atii nama cimadha barumsi ke hedu gariidha baga nuf dabarsite
Dr galatomi gafin ko harmi nama yo jige durbuman hin jiru jedhama me nu ibsi yadofne
it is good,but correction,"Tight premium has no relation with hymen". Making sex not must just b/c she got pregnant but she can keep her virginity till the day she want.Please dont advice to have sex for dis-verging just b/c she is pregnant while virgin but according to her plan only b/c pregnancy can be delivery through other-root of delivery.
❤❤❤Okey Okey dokotr❤❤
Galatoma bayee toko Dr
Dhugaa ketii galatomii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Watii,akanaa,,namudateraa,,dor,bayyen,dhukubsadheen,,,,du,ar,geheen,,haafee,,amaa,,ahalaamduuliillaah, galataa,,Rabbiin,hagaah,uu😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉
Namnii,,gubbaa,,dhabbee,hin,jiruu,dor😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Qilensaa kaasuu jechun mali Dr 😢🥺
yaa rabbii dhugaa tanan nuf lafisii yaa alah comentii debisii waa sigafaa
Galatoomi doctor
Good work
Guyaa akamiii. Dhiraa argadhaa mee
Dhugaadha kun baay'ee nama gaddisisaa gaaruu waan akkasii na muddateeraa
Yeroo mana tokko yoodhugatee ulfauu dadsesi
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊dubudein ta. Akmit debiting insane dotori🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😮
Bagaa nagan dhufte qali barnotaa baredadha itti nu fufaa
Ebbifamii
Gafii ko Naf debisii Gafii natii Ta'ee
Durbbi tokko gaafa heruumuuf jettuu maalif nyaata dhokkamtti maaloo dr nafyad naaf himi
Dr marimani koo gara qamaa salatini gadii.naa baha dawani issa malin maloo bayyeen dhiphacha jira ani biyya allani jira mana yala demuni sodadhee
Guuddaa galatomaa
❤matii nuf taha Maloo
Baayeeeeeee galatoomi Dr hojii gaariidha galata gudda qabda itti fufi
Galatomi dokitora kenya ❤❤❤❤❤
❤❤❤
Sanyii kormaan garaa dubaraa kessa hammiimiif turuu danda'a sanyii kormaan gaafa daaima hin taane maal ta'a garaa dubaraa kessa turamo deebi'e ba'a
Dr Kenyaa Bilbiila kee Argachuu barbadaa Akkamiti Argachuu dadaa? Pls
Lafa ka'esii ibadaa durbumanio
Dr akkamtin SI ragaadha maaloo harmeeko tokko kasarii hin armaa isheetii jalaa ba,ee😢
Namaste ilmo iti tawu didewo
Galatomii qalii
Malaa jechuudhaa osoo durbuuman hin badii akkamitii hulafuu dandeesii kun soba dubaroo mariyamii qofaa kan durbuumaan hulfaayee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Galalatomii
Anilee,akas,taen,turee😢😢😢
Galtomii ❤❤❤❤
Galtomii ❤❤❤❤❤
anile utuun hin beekin durbanmaan ulfa,ee dhugaa waaqati
Eye dhuugsdhaa hiryaa kiyaas qunameture
Dhugaa keeti