Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Waaawooo waqaaf
Wow Baay'ee hawwii guddaatin isin eega turree Gâlätôōmī
Thank you God bless you
Welcome back Dr
Well come
Baayyeee baayyeeeeeeeeeeeeeeee barnoota keessan jaalladha, reefuun barachuu eegaleem anoo. Oromoko nuujabaadha, God bless you. From Jimma university
Isan kutaa barnootaadhaa baradhu caalaa kan Milkii kanatu nahawwataa jira. Barattootni qaamaan teessanii barsiisaa akkas namatti tolu irraa barattan maaluma ofiin jettuu.Maaloo gara Amboo kana nuuf kottaamee.
Eebbifami Abboooo natti tolte dhugaa umrii dheeran sif hawwa Deebin D
Baayee. Galatomaa
Thank you Dr ?baay'ee isiin gateeffaadha
Welcome Dr kessattu medical surgical nuuf xiyyeefadha
Answer is. To prevent renal failure or A. Bayee Bayee gallatoomaa dr
Very very good ❤
Bay,e barumsa bareedadha dhugaa dubbachuuf warra milki science gudda galatoomaFulduraf immo utu part 1 guutr, pedatrics,gynand obs,surgery fi internal medicine jette adda nu bafte gaari ta,a natti fakkate 2ffaa imo pedatrics fi adult physical with full system examination video qulqullu dhaan yoo ijolle argatte irratti afaan keenyaan nu hojjette baay,e baaye bareeda ta,a3ffa immo mgt dose walin duuka nubuusi video kee duuka gara fuulduratti yoo dheerateyyu rakko hin qabuu namatti tole maleCasoota puplic sanaaf immo baaye galatoomi jabaadhu sanyii dhiira warra morodaa bakareeBarattota Ho universiti walloo xena campus tita irraati 100%❤❤
GALATOOMAA RVU JIMMAA IRRAA❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤5:56
በጣም በጣም አፕርሸት ቲቸር በርታልኝ ግን በአማረኛ በተወሰነ ብታወራ ጥሩ ነበር
Baayyeeee Sin jaallannaaaa Barsiisaa keenyaaa😅😅❤
❤ answer B vedio nu jalaa hin tursiinaa My Teacher!
I think B is the best choice
B, to help the ston pass
B is correct answer.
Bayyee Bayyee galatooma Barsiisaa koo Part bardee hedduu galatooma Barsiisaa koo nuuf jiraadhuu
B video itti anu dafii nu hoojedhuMattu Unvrsty
Barsiisaakoo baayyee baayyee naaf galatomaa
Maal akkamuma salphistanii namaaf galshituu OMG
Baayeen isiin hordoofan jira Doc yoo isiinif mijaate torbeetii al lama nuf hojadha me?
Answer:B
baayyee galatooma barsisaa
❤❤❤❤
Dhugaa bayyee namatii toltaaa Harambe unversity irraa
Baayyeee baayyee namatti tola barumsi isin kenniitan garuu hedduu nurra turaa jira fedhii nuti isaaf qabnu irraa kan madde.osoo Video kana torbeedhatt 2-3 buuf tahee hedduu natti tola galatooma.
Maal akamuma namatti tolaa
MHSCTC I LOVE YOU
Nuraa hin tuuriin.Dr
Nmti toolaa baay'ee
The correct answer is 'B'
Answer is D
maloo otoo online live nuugotee hedduu nu tolaa DOC nutii warrii fagoo barnoonii kee hedduu nutii tolaa jiraa guuru akkamitii akkaa barannuu nu rakkisaa waan jirruuf DOC kanaa osoo ittii nuu yaade hedduu nutii tolaa naaf jiraadhuu hayyuu koo iddoon irraa isin hordofaa jiruu Dire dawa BSC nursing 4the year student naa gaa nuuf tahaa
Hayyee, galatoomi.Telegram keenyaan nudubbisi online eegaluuf jechaa jiraati.
Hayyee olfaadhaa umrii dheeradha isin keenya ta'uuf gammachuun guddaa naa dhagamaa Rabbiin isin haa gargaaru nagayaan jiraadhaa
B Answer
the answer is B
❤
Correct Answer is B
correct answer B
Correct answer B
Please translate Amharic
The Correct Answer is = D
high filuid intake kidney stone
nu jiraadha
Answer is B
Waaawooo waqaaf
Wow Baay'ee hawwii guddaatin isin eega turree
Gâlätôōmī
Thank you God bless you
Welcome back Dr
Well come
Baayyeee baayyeeeeeeeeeeeeeeee barnoota keessan jaalladha, reefuun barachuu eegaleem anoo. Oromoko nuujabaadha, God bless you. From Jimma university
Isan kutaa barnootaadhaa baradhu caalaa kan Milkii kanatu nahawwataa jira. Barattootni qaamaan teessanii barsiisaa akkas namatti tolu irraa barattan maaluma ofiin jettuu.
Maaloo gara Amboo kana nuuf kottaamee.
Eebbifami Abboooo natti tolte dhugaa umrii dheeran sif hawwa Deebin D
Baayee. Galatomaa
Thank you Dr ?baay'ee isiin gateeffaadha
Welcome Dr kessattu medical surgical nuuf xiyyeefadha
Answer is. To prevent renal failure or A. Bayee Bayee gallatoomaa dr
Very very good ❤
Bay,e barumsa bareedadha dhugaa dubbachuuf warra milki science gudda galatooma
Fulduraf immo utu part 1 guutr, pedatrics,gynand obs,surgery fi internal medicine jette adda nu bafte gaari ta,a natti fakkate
2ffaa imo pedatrics fi adult physical with full system examination video qulqullu dhaan yoo ijolle argatte irratti afaan keenyaan nu hojjette baay,e baaye bareeda ta,a
3ffa immo mgt dose walin duuka nubuusi video kee duuka gara fuulduratti yoo dheerateyyu rakko hin qabuu namatti tole male
Casoota puplic sanaaf immo baaye galatoomi jabaadhu sanyii dhiira warra morodaa bakaree
Barattota Ho universiti walloo xena campus tita irraati 100%❤❤
GALATOOMAA RVU JIMMAA IRRAA❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
5:56
በጣም በጣም አፕርሸት ቲቸር በርታልኝ ግን በአማረኛ በተወሰነ ብታወራ ጥሩ ነበር
Baayyeeee Sin jaallannaaaa Barsiisaa keenyaaa😅😅❤
❤ answer B vedio nu jalaa hin tursiinaa My Teacher!
I think B is the best choice
B, to help the ston pass
B is correct answer.
Bayyee Bayyee galatooma Barsiisaa koo
Part bardee hedduu galatooma Barsiisaa koo nuuf jiraadhuu
B video itti anu dafii nu hoojedhu
Mattu Unvrsty
Barsiisaakoo baayyee baayyee naaf galatomaa
Maal akkamuma salphistanii namaaf galshituu OMG
Baayeen isiin hordoofan jira Doc yoo isiinif mijaate torbeetii al lama nuf hojadha me?
Answer:B
baayyee galatooma barsisaa
❤❤❤❤
Dhugaa bayyee namatii toltaaa Harambe unversity irraa
Baayyeee baayyee namatti tola barumsi isin kenniitan garuu hedduu nurra turaa jira fedhii nuti isaaf qabnu irraa kan madde.osoo Video kana torbeedhatt 2-3 buuf tahee hedduu natti tola galatooma.
Maal akamuma namatti tolaa
MHSCTC I LOVE YOU
Nuraa hin tuuriin.Dr
Nmti toolaa baay'ee
The correct answer is 'B'
Answer is D
maloo otoo online live nuugotee hedduu nu tolaa DOC nutii warrii fagoo barnoonii kee hedduu nutii tolaa jiraa guuru akkamitii akkaa barannuu nu rakkisaa waan jirruuf DOC kanaa osoo ittii nuu yaade hedduu nutii tolaa naaf jiraadhuu hayyuu koo iddoon irraa isin hordofaa jiruu Dire dawa BSC nursing 4the year student naa gaa nuuf tahaa
Hayyee, galatoomi.
Telegram keenyaan nudubbisi online eegaluuf jechaa jiraati.