Obaleesa khiya shikitin oromo sirtee jiran nama amnta gara fukutadha ittii hojjatee if midha oromo Muslimee qolqoloodha rabbi nimilkasa masis amata Muslim orthodox fi potstantii in omamo Muslimi takka zalalam akka somalee taho in barabano akka Muslima taho barbana namni Muslim in tahi wa'ee Muslima dhubatoo in qabsoo oromon ni injifatani وَلَنْ تَرْضَى عَنْكَ الْيَهُودُ وَلا النَّصَارَى حَتَّى تَتَّبِعَ مِلَّتَهُمْ
Wa'ee amantaa nama qofa oso hin taane RABBIIN WOLITTII NAMA FIDAA!S.J. garu RAKKOO MUSLIMAAF, jettee "sirnaa dubartii kanaan maaf woltii fiddas(?)".Gltoma
Mee amaa waan amata tuquu mal jete kan ufata dubatuu lubbu namaf hin dubatuu moo waan nama qeqaan hin qabuu sii malee nama bira hin dubanee umata dubachuu nama hin qequu yada kanatuu wajiin yada mee sii cala bartee sii cala bekatii nama jaba qequun hin barbachisuu dhifama waan nama gafachisuu hin dubanee mal gafatii Ayuu mee waan qeqatef dhifama gafadhuu😢
Ee Abdu ani aka jiraataa somaaliyaa tokkotti nama sherkaa masjida keessatti oromoo muslimaa ajjeesaa hin dhiisinaa ka jedhu hin garre, garuu nama dhuunfaa shooshaal miidiyaa isaa irratti bahee dubbate ni jira sanillee himatami irratti banamee jira, kanaafuu sheekni waan akkasii dubbatu hin jiruu!!! garuu ka sheeka fakkaatuttuu jira ka waan akkasii labsu.
dhugaa jeete seena ma hin dubaanee sh.e kooleen teena umat a mii dhamaa jiruu kana isn kana ciqaciqi dhisi umata mana hidhaa jiruu dubaadha war su.dii keesa
Sena Jimjimo ,she is right according to😢 the political sution in somali land,she said that why sellekted and killing the Oromo musilm only?this is main question,she is right. So the somali Land government must be stop killing the Oromo community in Somali Land!!!
She wasn't talking about women's rights, but she said, "Where are those UA-camrs who talk about women fault? Why don't they talk about their people abuse
Dhuga ketii ya Abdu kenya 😢sila dubatani shekon kenya uuufffee oromoni duranu ifumafi dhumatii male nama fira dhorka dadesu sila biya isani qofa keysa jirtu oromoni isanis nu keysa jirtii
Dhugaa rabi mucan dhuga jiruru dubatee isin kan dubatef fakenya male malif akas hin tanee hin jane Ati abdu kiya wani isin jatee kana yonif sheka tateee maltuu sitii dhagayama nama toko badira olchuff gayee sira jiruu dubata sanif ni qeqamt oboleyan kee kan muslimatif maltuu sagalee tahu sii dhorkee kan jecha jirtii kuni badii mitiii yon dogogaree dhifama
Abdu dhugaa bayye sii jaaladhaa siilee hordoofaa kanaafuu jabaadhu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤
Abdii, yeroo dheeradhaafan sihordofaa ture. Yeroo hundaa ofeegannoo cimaa fi yaada madaalawwaa, ilaalcha madaalawaadhaan dubachaa turte. Isuma dhugaa dubachuudhaaf yaada har'aa irratti xinnoo ishee dogogortee jirta. SEENAAN kan jechaa jirtu dubartootni musliimaa qullaa haadeemani, dhiirota waliin haa sagaagalani , seera amantichaa haa cabsani miti. Irra deebi'iitii yaada ishee hubadhu🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻 isheen kan jechaa jirtuu" warreen sheekotaa yeroo dubartootni seera amantichaa cabsani baatanii dubatanii dhoowwaa jirtuu, wanta araama fi halaala ta' e irratti hojachaa jirtuu, akkuma isaan kanarratti hohachaa jirtan waan Amma deemaa jiru kanarratti maaliif akkuma sanaatti baatanii hin dubannee, xiyyeeffannoon keessan San qofarratti maaliif ta'ee??? Akkuma sanattatti hojachaa jirtan dhimma dhumaatii kanarrattis hojachuu qabduu" kan jedhuudha malee, dubartoota musliima sheekonni Morgan isaanii sarbanii jiru jechaa hin jirtu🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻 waan hundaafuu osoo har'a xinnoo ishee😢😢😢
Thank you 🎉that's what I understood too
Maashaa allaah Bro kiyya jabaadhu dhugaa wly sicinaa jirraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
maal abbaa ishiiti ishiin waahee sheekni dubartii irraa yoo dubbate dirqama isarra jiruudha ofii isiitiif yoo kan hin fudhanne tahe nama nama gorse qeequun jibbiinsa malee waan biraa hin qabu dubbiin sheekotiin somaalee muslima salaatu qalaa jettus kijiba dubbiin bareeffatuuf . dhugaadha ''qunbursoon dhoqqee nyaattee dhoqqee albaati jedhan'' amantii keenya jeequu yoo barbaadan gama dubartiitiin dhufan. ilmoo bineensaa ilkaan garaa jalaan walitti qaawwa. qullaan qullaa deemaaf...................
Irraa deebii dhageefachuu saba amantiin walitti buusu duratti
Ati garu waalaaii namaa tokkuma sabaa oromoo hin jaalanne kan mataan dhoqqee ti tu tu tu, oromummaaf warra akka ke wajjiin loluun namaa gaddisiisa
Isheen wan dhugaa dubaate warrii senaa arabsee oromumaan qilee haa senuu amanitti kenyaa malee warra jechaa baheedha
Oromummaa qilee haa senuuu
Ati seenii amantiinis.oromoonis hin seeniin😂@@obsituutentiraa6692
Mashaallaah heeduu ulfaadhuu yaadaa hundaa keenaa keessaa jiruu nuraa dubaatee abdu👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Masheallaah hedduu ulfaadhuu ? Maaf saba amantiin walitti buusuu isaafii? Rabbi tokkichi siif aa dhisuu
Dhugaa isiiti ummata oromoof quuqamti maalqaba namni hundii akka isii kanatti yaade
Garuu atis sirriidha jattee nama waa'ee amanta dubbatuu hundii jibbaa qaba jechuu miti atis xiqqoo haasawa keessatti dogoggorte jirtaa , akkanuma namni ni dogoggora waan ta'eef garuu sheekhoonni keenya dhugumaatti raafuutti jiran . Ummata tasuma quba hin qaban . Dhugaa jattee seenaan❤
Obaleesa khiya shikitin oromo sirtee jiran nama amnta gara fukutadha ittii hojjatee if midha oromo Muslimee qolqoloodha rabbi nimilkasa masis amata Muslim orthodox fi potstantii in omamo Muslimi takka zalalam akka somalee taho in barabano akka Muslima taho barbana namni Muslim in tahi wa'ee Muslima dhubatoo in qabsoo oromon ni injifatani
وَلَنْ تَرْضَى عَنْكَ الْيَهُودُ وَلا النَّصَارَى حَتَّى تَتَّبِعَ مِلَّتَهُمْ
Yaa jarraa keenyaa karaa qajjeela illaala yaa ishii waanta ishii jetee sirrii dha jiiba ammaataf miiti.
Baayyee galaatomi ulfaadhu guddaa obboleessa koo Abduu dubartii seeeran alaa tanaa yoo jedhan abbooti amanta ta,e abbooti keenyaa maaloo safuu qabnaa aadaa nama hin feenuu karaa biraatti mirgaa namumma dubbachuu bareeda garuu ummaataa keenyaa walin hin qooduu dhiisii yaa obbleetti tiyya
❤ Eegumsaa iccittii ijjis aaraarsuun at anytime Dubbisi Dubbisi gurriis Eegumsaa humni dhageeffatu hawaasaa fayyaadhaa Hawaasaa
Dhugaa Rabbii yoo Duubanee Ajanadan shamara Bal'inaan Midiyaa irraati Hasawama Kan nama Biyyaa Ormati Mana hidhaa jiruu yeroo Bay'ee hin Dubatamu
Garuu Bakka waayyee shekolee jeettee San Ballesite Garuu osoo Ummaan Oromo Jette Bareeda Turre
Dafee Dhagaha Seeraa Maatiin walumaan
Addee Seenaa jinjimoo Koreen majilisaa ni dhagahaa
Mootummaan ni dhagahaa
Hawaasaanis dhagahaa kanaa Walked qaamaa keessatti miirrii Aarii fi duutii hawaasaa nama argitii Kanaaf Ni Eegnaa walumaan Galatoomii Hayyuu Gzx Abduu Yaasiin Nuuruu waliin dubbachuu Waan Somaliland Nageenyii akkanaa
Farra Amanti ta'aa Saba qabsa'u hindanda'amu
Seenaan dhugaa jette shekkonni dhimma rakkina ummataa waantokkollee hindubbatan ofirraa dhiisaniijiran tokkichi dubbachaa ture Rayyaa abbaa maccaa qofa inninuu dhisee jira
Abo Abdu dhugaa isiiti seenan tuqa amanti hin qabdu warri muslima fiinxaaleyyuma kana firra dhiisa please 🙏 🙏 ❤
Abdii dhugaa keetii jabadhuu ❤❤
Qomoo koo wal eeggadhaa nutu waliif gaachanaa
Abdu ani nama muslimati obboleessa koo , yeroo baay'een sii hordofa anis yaada bareeddaa illee kaafta yeroo baay'ee mee jalqaba haasawa irraa wanti hubadhee wanuma dhugaati , lafa ykn Addunyaa tana irraatti wanti akka male qaallin lubbuu ilmaa namatti . Garuu mootummaa itoophiyaa biraatis ta'ee warra Amanta biraatti tasuma hin dubbatamuu wanti kuni
Dhugaa jette obboleessa keenya yaadni ati dhiyeessitu yeroo baay'ee madaalawaadha itti fufi
Wa'ee amantaa nama qofa oso hin taane RABBIIN WOLITTII NAMA FIDAA!S.J.
garu RAKKOO MUSLIMAAF, jettee "sirnaa dubartii kanaan maaf woltii fiddas(?)".Gltoma
Mee amaa waan amata tuquu mal jete kan ufata dubatuu lubbu namaf hin dubatuu moo waan nama qeqaan hin qabuu sii malee nama bira hin dubanee umata dubachuu nama hin qequu yada kanatuu wajiin yada mee sii cala bartee sii cala bekatii nama jaba qequun hin barbachisuu dhifama waan nama gafachisuu hin dubanee mal gafatii Ayuu mee waan qeqatef dhifama gafadhuu😢
Waan dhifama gaafatu fi hin qabduu isin ishee hin dhageenye waan yaadan haasoftan. Isin ishee dhifama gaafadha😢
Shekotii kenaa esaa jiranii ijolee kenaa suddii midhamaa jiranii senaa jijmoo galtomoi ❤❤❤❤❤❤❤
Wlahii yaro doratiiif wan bareedaaa yutuobaraa oromora dhagehaaa oromo halal jaltee galatomi gorsa isidhaf khaniteefis
Abduu jabaa ufi abbattu jabeeffata nuuf jabaadhu siin boonna boonaa kennaa 🎉🎉❤
Dhugaa abdu waa.ee amanti keessaa hommaa isi hin galchan
Seenaa jimjiimoo dhugaa dubbattee malee waan amantaa muslimaa qeeqxee miti
Abduu Ati ofiifu doorsisa dhiisi sheekotiin oromo ifiifu waan bira keesa jirti dhimma oromo irraa dantaa hin qabanii😂😂😂😂😂😂
❤❤❤As❤wr❤wb❤galatoomi ❤abduu❤yaada ❤sirrii❤jettee❤umrii❤dheeradhua❤dhiiga❤koo❤❤❤❤❤❤
Seenaa waan dhugaa jattee dhugaa dubbachuu isittif jabadhuu.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abduu baay'ee dogoggraa jita.
Seenan jechuu kan barbaadde abbootni amantaa dhagahamtii waan qabdaniif maaf calliftu ,maaf uummata keenya dhumaa jitaniif sagalee maaf hin taatan jechuu isheeti natti fakkaata.
Kanaaf dhiisi wal irratti duulufii duulchisuun kuni nu haa ga'uu adaraa.
waan balleessite tolkollee hinqabdu assirrati sheekkonni keena dhugumatti dhumaatii oromoon biyya somaaliyaa keessatti tahaa jiruu guyyaa tokkollee hadiisaafi qura,ana irrtatti hunda,uuna deebii tokkollee sheekkota somaaliyaatif hindeebifneef sheekkoonnii keenyafi ppn harka mirgaa ta,aniiticket jiran kanaaf obboleettiin teenya waan balleessitem hinqabdu dhugaa maalif dubbattii yootaate malee
I don’t think she said anything wrong I am Muslim and oromo I am sorry but she is right
The delivery was wrong and uncalled for.
She is romg
Harree
Malli dhifamaa gaftii ansis musulimaa wanin musilimti humaa hinbalesinee
Ee Abdu ani aka jiraataa somaaliyaa tokkotti nama sherkaa masjida keessatti oromoo muslimaa ajjeesaa hin dhiisinaa ka jedhu hin garre, garuu nama dhuunfaa shooshaal miidiyaa isaa irratti bahee dubbate ni jira sanillee himatami irratti banamee jira, kanaafuu sheekni waan akkasii dubbatu hin jiruu!!! garuu ka sheeka fakkaatuttuu jira ka waan akkasii labsu.
dhugaa jeete seena ma hin dubaanee sh.e kooleen teena umat a mii dhamaa jiruu kana isn kana ciqaciqi dhisi umata mana hidhaa jiruu dubaadha war su.dii keesa
Mee Seenaarratti dhagaa guuruu haa dhiisnu. Akka namaatti, akka miseensa hawaasa kanaatti yaada ufii ibsachuun isii yakka maal qaba?
Dhugaa isiitti dhugaadha sheekkoleen biyya etiyoophiyaa kan dur amantaaf hidhamaa turan hara'a biliyeenara hundi isaanii tasuma waan toowhidaafii aqiidaa nama dubbatan arguufii dhagahuu hin barbaadan biliyeenara isaaniittu irraa fudhatamaafi!!
Kana dhugaan jirtu
Gorsa jabadabarsitef
Sena Jimjimo ,she is right according to😢 the political sution in somali land,she said that why sellekted and killing the Oromo musilm only?this is main question,she is right. So the somali Land government must be stop killing the Oromo community in Somali Land!!!
An ka na ajaaibsiisu haga yoom nama jibbaa amantii Kenyaan guutame qabsaawaa Kenya jenne jala fiiyna ufumaa dhaabbadha uf laalaa ilmaan muslimaa
An hasaah isiis hundaa hin dhageffanne seenaan zarii kooti dhigaa kooti Senaan hintala matii muslimaa bareda irra dhalatte garuu nama molokse taee jiradha jedhe Heruma didee tauu senan waluma galatti Amantii hin qabdu muslima bayee jibbiti Abdu hasaah isii ofirraa dhis obbolesso senan oromof sagale ni tati ni bekna garuu hintalon balagedha
As wr wb maashaa allaah jabaadhu galatoom
Yes dhugaa keet sanyii galatomi 🙏 ani akasumaa jedhan seenadha👌
Yaanni seenaa jiinjimoo dogongora hin qabu. Akka ati itti ilalteetu Rakkoo qaba. Adeero.
Amantii osoo hin tanee kan du'a jiru oromummaa isattiif amantiin waliittii maliif fidii🫵
Isheen kan jette wa'e dubartii haasa'u dhiisa tii wa'e mirga namaa haasaa dhaan
Seenaan jimjimoo waan feette yoo jettellee gorsuu gorsuu qaban malee arrabsuu hin qabanin ja,a anni
Seenaa Jumjumoo kanaratti Eenuyyuu qeequu hin danddeettan.
Wly Abduu baayyee galatoomii si qabaachuuf siin boonnaa
Kabajafi tesoo abbaatuu qabataa atii ofumani kabajaa kee ofiraa mulqataa tolee gararaani egalate amataa kenyaa xuqaxee akkaa ofi jibituu sigonaa tolee
Arggaa isiidhaa sabafii amanttii maalttu waliti fide
Seenaan dhuugaa baantti shekkottin hudduu duubartti maalee waan biira dhiiftee😂😂😂😂😂
Dhugaa siitii haa jiraatu❤
❤❤❤❤❤
Maal gaad albatuu! Hamaa kamiin dubatee hangaa mucaatton tun!
Down down seenaa jimjimoo namittii maraatte
Ati maraadhu bakka isii
Kessa jibba amantii qabdi yeroo lammaafaaf nutti deebite jirti ,boolla takkati lama hin ciiniinaman jedha oromoon ,kan shekoti kenna nu ilaallata isii hin illaallatu ,ennu isii ergate kan amantii irrati hundoofte dubbattuf isiin ,saagalee yoo taate ta'u yoo kani maal ..
Yaa abdu amantaa feete yoo hrdofte Rabbiin ishee akka qajeelchu kadhachuuf 14:03 malee wanti godhamu hin jirtu,Haa ta'uu Seenaa jinjimoo Waa'ee Somaalee islaamummaa qaban malee jibbaansi isaan Oromoo irraa qaban hanga lubbuu ummata keenyaa balleessuu keessatti garalaafummaa nuuf hin qaban,Fakkeenyaa gaafa Abdiileen aangoo irraa ture naannoon Somaalee keessatti nama keenya baay'eetu dhume kanaaf yaanni ishee diinni Oromoo amantaa kamuu waliin haa qabaannuu rafaa nuu bulaa waan hin hin jirreef hooggantoonni amantaa musilimaa Oromoo wanta kana maaf ummataaf hin dubbannee hanga yoom amanta walitti qabna jedhanii roorroo sabaa bakka maratti gadi bahaa jirtu kana cal'isanii maaliif ilaaluu dha, mee Abdu Biyya keessatti miila kana Walloon maal irra jirtu,Manneen isaanii gubataa jira ,Faannoon duula hamaa irratti gaggeessaa jirtu,kanaaf nuti hanga arrabsoo qeeqa walii agarre kan diinni waliin nurratti ija irraa qabannee,Rabbiin dinni karaa adda addaatiin nu diigaa ,nu fixaa jirtu kana nurraa haa deebisuu,Seenaan Hanguma sabaaf quuqama qabdu aartee jechi sun irraa babee,hanga isheen saba kanaaf dhamaate rabbi qofatu beeka kan ilma nama Rabbiin maaf akkanatti waa uume jedheetuu osoo toltee Rabbiin qeeqaa ture,ammoo uumaa rabbii hum na itti hin qabu malee,kan irraa hafe waan diinni nu godhaa jirtu hunda keenya of nu haa beesisuu!!!
@@bushuratirrii ati koomentii abduudhaaf bareessite kana hunda itti dadhabde garu argu isaa rabbituu beeka komenti kiyya jala seente waan bareessiteef ,ni dogongorte taya ati ,bareefama dheeraa kaattu natti dhagayamee 😢
Eee dhugaa jette sheekkonni keenya waahee lubbuu namaa hin dubbatan silaa osoo lubbuu namaa isaan yaachisee ijoollee mana hidhaa sa'udiitii sagalee tahu😭😭😭😭😭
Warri saudi Arabia deeme dantaa isaanitif deeman sheekoota qofaatu komatamaa
@@birraAbse lakki akkas jechuu kiyyaa miti sagaleen isaanii dhagahama osoo sirritti irraa dubbatanii kabajaan mootummaa gaafatanii mootummaan furmaata ni godha jechuuf akkas jedhe ani
She is write
Seenaan badii hin qabdu waan dhugaa dubbatte. Darasaan oromoo waa hin hubattu akkanumaan iyyitee amantaan tuqamte jechuu malee.
Qaallitti ajuuzaan kun waan tolchite tokkoyyu hin qabduu
Seenaan waan balleessite hin qabdu. Yoo qaamni dhimmi kun ilaallatu badii amantii, aadaa, seeraa, duudhaa…….dubbachuu ykn waa gochuu dadhaban isiin hanga ufii hubatte waa tokko gumaachite amma akkuma baratame dhagaa itti guuruun sirrii miti.
Mootummaan yoo mirga uummataa sarbe shamarreenii fi hawaasa keenna kan miidhaan adda addaa irra dhaqqabaa jiru qaamni amantii gahee ufii gumaachuu qabu.
Barsiisuun, gargaaruun, tiksuun, sagalee ta’uun waan nurraa eegamuu dha.
Sumaahu arraan jibbe muslimaaf tun dikeedha ykn xaa oodha
Shekkotii irraa dubbatuuf maalummaa shekkotii nibeytaa
Atummaanuu yaada isaa deeggaraa jirta maaltu amantii tuttuquu fi jabeenya isii maaltu waliti fida?afuuftuu
Seenaan dogoongoraa guddaa hojjaate, Yeroo waee somalia haasoftaan wa'ee Somalia haa tahuu, wa'ee Islaamummaa tahuu hin danda'uu, Islaamummaa scopii guddaadha.
Hubachuu kaan nuu irraa eggamuu biyyii somalia biyyaa amanti fi motummaa tokkoo itti tateef hubachuutu nuurra eggamaa.
نحن لا ندري أين وضعو أنصر أخاخ ظالما أو مظلوما
Dhugaa isatii ❤
She wasn't talking about women's rights, but she said, "Where are those UA-camrs who talk about women fault? Why don't they talk about their people abuse
Sirri hin jirtu akka kiyaati yo komi qabate maa tasgaabidhaan komi ishii hin dhiyeefatiin afaan dhedheeratu dhiste!!
Dhugaa somaleen nyaapha diina oromo guddaafi kayeroo dheeraatii beekaa somaleen gosa malee diinii hinbeekan!!!
Dhugaa keeti abduu beekaa nama
Dhuga ketii ya Abdu kenya 😢sila dubatani shekon kenya uuufffee oromoni duranu ifumafi dhumatii male nama fira dhorka dadesu sila biya isani qofa keysa jirtu oromoni isanis nu keysa jirtii
Ani seenaan dhugaakeetti jedhan
Sabaf yaade miiran dubbaate
Maalii baleesiite
Jabaa namaa jabaadhu abduu ati qaalidha ❤❤❤
Dhugaa keeti Abdu❤
Itti Yaadde
Dubbanne dhiisa Abdu keenya
Haata,u jechi isii sirriidha
Sheeko leen callsteerti
Atu xiqqo sheekoletti
Nuuf dubadh🎉🎉🎉
Abdu galaata argadhu seenaan wandhugaadha dubbate ani islaama sabni koo oromoodha akka namumma tokkoti yokiin akka islaama tokkoti bakka islaamni oromoo jiru arkite kan somaaliyatti kan yamaaniti kan su,uudiitti dhumaa jiru kanarra ulaamaayiin teenya ofdagachuu keenyaa akkasuma bakka mirga dhala namaa namoota yokiin lammi biyaa maraatiin wajiin wal arkiti kan oboleesa isaa islaama yo ofbira dhabde akkam haa gootu ree an gama kootiin ofna yaadachiifte jeen fudha seenaaniis galatomi abdu atiis galatoomi❤
Mashaallah dhugaa jetee
Siinaan dhugaa jetee oboleesaa koo 👌👌👌💯💯
Hyi seena jinjimo
Jibdu oromoti isiin
Haata,u xiqashuma dhabde❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉Akka yaada
Kiyyaatti
Namiti jiba amati qabdi haa maratu isini
She's right
Dhugaakeeti sanyii too seenuu umrii sihaadheressuu
Dhugaketi abadu ulfadhu ❤❤🎉🎉
Isiin warra amantaa islaamarratti maaliif xiyyeeyfatti
Isiin hoo Akka intalti mootummaa américa keysa dalaydu soddaa takka Malee ummata soomaleetiif dubbatetti maaliif hindubbanne
Dhagayi seenaa shekkotiin islaamaa waandubbattu beyti Akka itti dubbattu beyti shekkotiin teenya takkaa rakkina ilmanamaaosoo gartuu hincallifne
ATI waan gaarii hindubbanne
Dhugaa rabi mucan dhuga jiruru dubatee isin kan dubatef fakenya male malif akas hin tanee hin jane
Ati abdu kiya wani isin jatee kana yonif sheka tateee maltuu sitii dhagayama nama toko badira olchuff gayee sira jiruu dubata sanif ni qeqamt oboleyan kee kan muslimatif maltuu sagalee tahu sii dhorkee kan jecha jirtii kuni badii mitiii yon dogogaree dhifama
Dhugaaketii
Abdu❤❤❤
Duhgdaaktia 😢😢😢😢
As wr wb Abdu Akkanumati iti Nuuf Fufi Galatomi Nuf Jiraadhu
Sheekotiin keenya karaa bilchaataa taheen lubbuun nama baayyee osoo hin badin warra xumuruu dandahaniidha akka isii miidiyaarratti odeessuu lubbuun nama baayyee akka badu gochuu jibba amanttii biraa mullisuu fi kkf warra hojjetan miti. Tisiisa irra damma hin eegani.
Dhugaa isitii kenyaa mal godhuu jiraa hoo wa'ee dhalaa hasawuu malee
Fakkessi akka siyaasa keetiif tolutti isinummaan rule modeela gadhadha warri siyaasaan guutame
Namni akkas jedhe sun innu muslima miti sumaalen muslima oromiya hin jirtu mo dubbiin akkasi maali
Seenaan Jimjimuu rakkoofii miidhaa ummata keenarra gayaa jiru dubbatte, garuu isitu nuuf beekaa jedhanii komii dhiheessan. Sheekkonni maaliif cal'iftan? Miidhamni ummataa ka isiin dubbattusan maaliif arguu haban?
Dhuuga jate senajijimoo
Sheekkoottii isiituu ajajaa dhamaatuun
Eenyuuf akka qabsooftan eenyurratti akka qabsooftan hin beekna nan beeka jettee baayyee of hin dhiphisin.