Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Hirkoo namnii jalatan like godhaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Ay ijoolleen kun Qaala'insa biyya kanaa nama dagachisuuf gahee qabu❤❤❤❤❤
❤❤❤
@@DandiWakwayya ❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
Namini akka ko instu jalttan layiki tuqa❤❤❤❤
Qubee sirreessii qubeessi bro
Yaa hir koo hasa hadha mana k,i aanke,,,,,,,,,,,na'a ja'iba❤
@Abaaboo-e5o ok lubbu
JabaadhaaHadaraa gamtaa hin erginaa jaarsummaa.Achi dhaqee dhaabbata wahii hundeessa inni
Kkkk
Dhugaa baayyee garaa nama nyaata kutaan kun
Diraamaan kun goolabamuuf hin ta'in 32:27
Kkkkkkkkkk
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🙆♀️
Namni dirma hirkoo kana daqiiqa xiqqoo itti nu haa dabalamu jettan like cuqasa mee
Hunda isani namonni jallattan like❤❤❤❤❤wal jajabesun aada kenya❤❤❤❤
🎉🎉🎉
intaloo margee Sana tuu Das naa jetee dhuga ❤❤❤😂😂
Siifis jaarsummaa ergina 😂
@@NsbsbJzjzh 🌹🌹🌹🌹❣️
Hir-koo qimamii haadha kèetii❤❤❤❤❤❤
Barreessan diraama hir-koo enyuudhaa??? Dhumarratti jallattonni diraama kana walitti dhufne dibabee guddaa isini binna!! ❤❤❤❤
Gelta Ijaraa jedhama Bareessaan
jirta
@@burtukanasefa6069 and
@@SmilingIceClimber-nc4ef ❣️🌹🌹🌹🌹🌹🌹❣️
Arrabatu na mucucaate jedhe bayyee kolfee Ayii hirkoo jabadha ❤❤
Hirkoo jalate osoo hin tanne dirqitti jalaalti irraa Nama qabdi dhuga ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Duruu nan dinqisiifadhaa har'a immoo baay'eema natti tole😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤
Wako king of comedy 🎉🎉🎉🎉
Maaloo Gamtaan akkaataa diraamasaa Haa jijjiiru akka waan dhugaa ta'etti nama aarsaa
Natu qoramee dhis 😂😂
Gamtaan isumatu namatti tolaa bar dhugaa fakkeessuu isaa kanaaf
Namni akka gammata kuni hin tahu 😢😢😢
Uuu atis akka kiyya artayi
Bitii issas hojiin isaas tokkumaa 😂😂😂😂😂😂
Hir- koo love
Kkkkkkk ayii gamtaa
🎉🎉🎉❤🎉🎉😂😂😂😂❤😂😂😂❤🎉😂😂😂😂❤😂😂😂😂😂😂😂❤❤😂😂😂❤😂
Hirkoo marsaa 2faa kutaa 14faa
Yes
Garaa qulqulluudhaan na jajabeesaa na eda'aa, 4k na galchaa 🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹
Sii eda'ee
siif godheetiin jira jabaadhu
Siif godheen jira atiis kiyya naaf godhi
Siif godhe aniis
godhee
Me warri akka kiyyati cometi dubbisu dhuftan like godha❤
Na hunda dura like godhee na like godha❤
Uffee hirkookoo qaaliwwan koo jabaadha ❤❤❤❤❤
Gamtaan Jaarsumma deeme akka isin hin qanesineka🥰
Wow warra jaalala baga nagaan dhuftan❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
I LOVE YOU ijollee qaxalee ❤❤❤❤❤
Hirkoo osoo isiin hin jiranee Eanyuu wajiin bohaara❤❤❤❤
Dhuga waaqa namni akka hirkotti natti tolu hin jiru
Hir koo namnii jalttu like godha❤❤🎉🎉
Gamtaa hojii kee nyaadhu marge I love ❤️ 😍 💖 hedduun isiin jaaldha
Anumaa jechaa rabbiin umuurii. isiin adhereesuu wly yon areele isnii ilaalee iraafadha
Ani turban torbaniin hirkoo akkattin egu❤❤❤❤
Hirkoo family we love you keep it up!!!
Bagaa Nagaan dhuftaan Hir-koo king
Jalqaba naatu ilaale❤
Diraama afaan oromomifa hojetame keessa kana akkaa diraama kanati nama tti toluu hin jiruu jabadhaa
Kolfaan dhumne barana😅😅 like godhaa mee
Hojjii bayyee namaa gammachisuu❤❤❤❤❤❤❤
Tiktoki sehe namni comment dubbisuu dhufe😂😂😂Be like❤
Hirkoo I'm Amazing you
Gamtattuu naa kofalchistee har'aa I miss you
Ergaan diramaa kanaa ilaluu egalee akkaa haraa kolfee bekuu 😅😅😅siinit haa toluu jabadhaa qaxaaleewaan kenyaa ❤
Margeen bayyee namatti tooltii🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Well came jaallatonni hirko like godhaa
Yaa gamtaa dubiii balesaa jirtaa Magudoo yokan jarsumaa hin tatuu 😂😂😂❤❤❤❤❤bayee isin jalanaa hundaa kasanuu I miss you
Hirko is comedian of every year
Waan mataa fayyaa biyya kana keessa hin jiru..... Hirkoo❤️
Cidha isaan lameeniin Akka hin goolabne qofa ; Diraamaa kiyyoo ,simboon dandamanne,Kan simboommoo kanatti a'ataa jirra walumaa galatti dhaloonni suusii diraamaan guutamee Jira hangi dirqamaan waraana deemuurraa hafe jachuu fedheetii waan na hubattaniif galatoomaa ✊
Ay Hir-koo Maalin bulchitaa jennaan Ani Sirna Gaadatiin bulchaa jedheem😂😂😂😂😂
Ankolfaan matan nadhukkubem😂😂😂
Warri hin fuune, Instructor Mootummaa Jaarsummaa ergadha. Yoo isa ergattan maatiin isin didu hin jiru.
Maaloo Gamtaan Diraamaa hirkoo balleessa jira keessaa nuuf haa ba'u
𝑵𝒐𝒐𝒐
Hundi saniyu bayee bareda hojetu dhugaa
Gamtaan isaatu bareeche bakka gamtaan dalaga jiru kana namni baay'ee nu beknu ka akka isa baytu jira
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ your ambition very hard.
What amazing production's in a short time ! Has much content of the Gada system! Thanks to all members of Hirkoo teams!
Bayyee nama tolu dhugaa rabbii jabadha
Tiyyaan golaa keessaa cinqaamtee kaa
Jabaadhaa qaliiwaan oromoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
I love it 💗💗💗💗💗
Bravo team Hirko, smart act! Keep it up!
Baay'ee kan namatti toludha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Really diraamaan Hirkoo kun baayyee hawwataadha. Gamtaatti akka diraamaatti osoo hin taane dhugumasaa itti aaruu yaadeen dhiise
❤❤❤❤ dibabeen hirko wan baayye nu barsisa jira. keesuman gabbarri Shaashammaneerat baaye ol ka'eera. fuudhaan wol sodaanera Arsi keesat.
Hope you will have many episodes after marriage too; Love you all❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gamataan wixii wixii jechaa olee kaa garaa koo Naa dhukubisiitaan kkkkkk 😂😂😂❤❤❤❤❤
Hir Koo thank you
Namni akka Koo dhufa Hirkoo eega turtan like godhaa please!
❤❤❤❤
4:24 4:25 4:27
8:04
Qophiin isiin ega jirra ❤❤❤❤❤❤
Wayyii Hirkoo Hojii kee Nyaadhuu❤❤❤❤❤
Sagaleen ishe ajaiba dhugaa❤
Welcome hirkoo family ❤❤❤
Maaloo nuuf jiraadhu sanyiiwwan Koo kofa du,ee😂😂 waqayyoo sin haa ebisisuu 😍😘😍
Wayyii Gamtaa ati bakka deemtee waan gaarii hojjetuu ayyiii
Wow bareedaadha jabadhaa ❤❤❤❤❤
Matii hirkoo bagaa nagaan dhufte
Har'a qormaata keessa galtan gamtaadha wajjiin ❤❤❤
Dhugaa na koolfisisee gamtaan😂😂hundii kessanuuu bay.ee namati tooltuuu bay.ee nama jajjabodhaa jabadha isiin jallanaaa ❤❤❤❤❤❤
Love my hirkoo jabadhuu dibee hirkoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Anii baayumaan isiin jalaadha ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waayoo Gamataa hojii kee nyadhuu maalee mee waarii akaa koo Herko jalati mee jarsumaa durani sani kechati Obamaa waarii yadatin mee 🙏🙏🙏🙏
Episode kanarratti Gamtaan ife mul'ate 🔥💪
hirkoon akka kutaa kanatti na kofalchise hin beekuu dhugaa jabaadha.
Gamtamatuu isin xiqqeessaa bakkaa hundatti hirkoo
Hir-koo keessatti hirmaachuun akkam akka na boonsu🎉
😂😂😂😂😂😂😂waayyoo hirkoo waanti fayyaa qabu hin jiruu biyyaa kana keessaa jedhee😂😂😂❤❤❤🎉🎉
Akkuman Gamtaatti aaree hin beeku 😂waan akkasii dhiisi gamtisha😅😅
Gamtaan naa arsee akka waan dhugaa ta'ee😅😅😅😂😂😂
Jechuma sinfi hin qabu dhugaa bayyee nama boharsituu jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woowu ❤❤❤ajaab!
Dhugaa dubaachuf gamtaan baay'ee nama arsaa😮😢
@@tesi-ql4vtdiraama yoo ta,e iyyyuu hin dabara😢😊
Uuf kan akka kessanii natii tolee hin jiruu hirkoofaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wayii irkoo jabaadhaa Dhugaa Adaa keenyaa Debisaa jirtuu❤❤
Nufii jabaadha qalii Nama bayye sii kaabaja sanyii oromoo
Baay'ee namatti toluum❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹
Bayee natii tolee dhugaa ❤❤❤ oromo koo
I love you Hirkoo koo❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hirkoo congratulation namni akka kiyya hirkoo kana jaalattan na jirtanii
❤❤❤❤❤❤ hirkoo baga nagaan dhuftan
Aboo namatii toltuu dhugaa rabii❤❤❤❤
Isini kunuu oso dhuganaa walaa futanii baredadhaa ❤❤❤❤
Mana isaanii maliti beeka jedhe dubbiin hirkoo bira ti hafte🎉🎉🎉
Hirkoo yaa warra jaalala ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤ Baayee Ulfaadha❤
Love me hirko ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤wow jabaadhaa bayyee namaati tolaa
Hirkoo namnii jalatan like godhaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Ay ijoolleen kun Qaala'insa biyya kanaa nama dagachisuuf gahee qabu❤❤❤❤❤
❤❤❤
@@DandiWakwayya ❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
Namini akka ko instu jalttan layiki tuqa❤❤❤❤
Qubee sirreessii qubeessi bro
Yaa hir koo hasa hadha mana k,i aanke,,,,,,,,,,,na'a ja'iba❤
@Abaaboo-e5o ok lubbu
Jabaadhaa
Hadaraa gamtaa hin erginaa jaarsummaa.
Achi dhaqee dhaabbata wahii hundeessa inni
Kkkk
Dhugaa baayyee garaa nama nyaata kutaan kun
Diraamaan kun goolabamuuf hin ta'in 32:27
Kkkkkkkkkk
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🙆♀️
Namni dirma hirkoo kana daqiiqa xiqqoo itti nu haa dabalamu jettan like cuqasa mee
Hunda isani namonni jallattan like❤❤❤❤❤wal jajabesun aada kenya❤❤❤❤
🎉🎉🎉
intaloo margee Sana tuu Das naa jetee dhuga ❤❤❤😂😂
Siifis jaarsummaa ergina 😂
@@NsbsbJzjzh 🌹🌹🌹🌹❣️
Hir-koo qimamii haadha kèetii❤❤❤❤❤❤
Barreessan diraama hir-koo enyuudhaa??? Dhumarratti jallattonni diraama kana walitti dhufne dibabee guddaa isini binna!! ❤❤❤❤
Gelta Ijaraa jedhama Bareessaan
❤❤❤
jirta
@@burtukanasefa6069 and
@@SmilingIceClimber-nc4ef ❣️🌹🌹🌹🌹🌹🌹❣️
Arrabatu na mucucaate jedhe bayyee kolfee Ayii hirkoo jabadha ❤❤
Hirkoo jalate osoo hin tanne dirqitti jalaalti irraa Nama qabdi dhuga ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Duruu nan dinqisiifadhaa har'a immoo baay'eema natti tole😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤
Wako king of comedy 🎉🎉🎉🎉
Maaloo Gamtaan akkaataa diraamasaa Haa jijjiiru akka waan dhugaa ta'etti nama aarsaa
Natu qoramee dhis 😂😂
Gamtaan isumatu namatti tolaa bar dhugaa fakkeessuu isaa kanaaf
Namni akka gammata kuni hin tahu 😢😢😢
Uuu atis akka kiyya artayi
Bitii issas hojiin isaas tokkumaa 😂😂😂😂😂😂
Hir- koo love
Kkkkkkk ayii gamtaa
🎉🎉🎉❤🎉🎉😂😂😂😂❤😂😂😂❤🎉😂😂😂😂❤😂😂😂😂😂😂😂❤❤😂😂😂❤😂
Hirkoo marsaa 2faa kutaa 14faa
Yes
Garaa qulqulluudhaan na jajabeesaa na eda'aa, 4k na galchaa 🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹
Sii eda'ee
siif godheetiin jira jabaadhu
Siif godheen jira atiis kiyya naaf godhi
Siif godhe aniis
godhee
Me warri akka kiyyati cometi dubbisu dhuftan like godha❤
Na hunda dura like godhee na like godha❤
Uffee hirkookoo qaaliwwan koo jabaadha ❤❤❤❤❤
Gamtaan Jaarsumma deeme akka isin hin qanesineka🥰
Wow warra jaalala baga nagaan dhuftan❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
I LOVE YOU ijollee qaxalee ❤❤❤❤❤
Hirkoo osoo isiin hin jiranee Eanyuu wajiin bohaara❤❤❤❤
Dhuga waaqa namni akka hirkotti natti tolu hin jiru
Hir koo namnii jalttu like godha❤❤🎉🎉
Gamtaa hojii kee nyaadhu marge I love ❤️ 😍 💖 hedduun isiin jaaldha
Anumaa jechaa rabbiin umuurii. isiin adhereesuu wly yon areele isnii ilaalee iraafadha
Ani turban torbaniin hirkoo akkattin egu❤❤❤❤
Hirkoo family we love you keep it up!!!
Bagaa Nagaan dhuftaan Hir-koo king
Jalqaba naatu ilaale❤
Diraama afaan oromomifa hojetame keessa kana akkaa diraama kanati nama tti toluu hin jiruu jabadhaa
Kolfaan dhumne barana😅😅 like godhaa mee
Hojjii bayyee namaa gammachisuu❤❤❤❤❤❤❤
Tiktoki sehe namni comment dubbisuu dhufe😂😂😂
Be like❤