Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Rabbiin gara sif haa laafisuu❤❤❤❤
Homaa miti siniif rabbi jira garuu isa mana nama diguf hojjisaa waqayyo haa keennuf 🙏
❤❤❤Rabbiin waliin deemsis walii yaadunis Gaaddisaa walii Raabbiin ifaa isin haatiksuu. Hireen Qooda Rabbiitii Rabbiin ija Rahmataan isin haa laaluu
Abban shunbe waan je e sirba isaa keestti qoosa fakkesse namnni fungee fuudhe nagaan wajjin tura Anarra laalatii bareddurra goraa je.e amma rakkinni intala kana wanni bultii isii diige baay.ee bareeduu isiiti shamarran baay.ee bareeddan tokkoffa lakafaa ykn dhiirri ni hiraarsa lammaffa abban mana ni shakka 3ffa isaanis waan bareedaniif bareedina ofii kanaan of tulu barbaaddi kanaaf dhiirri ol aantumma waan barbaaduuf walii galuun baay.ee rakkisa galatooma
Yaanikee 100% sirriidha
dhugaa keeti sirridha jechii kee 24:40
Eeee misikinaa wly abshiir hayat tiyyaa hommaa mittii rabbummaa jiraa
Uuuuuuuuuuuuufffffff maalii akanii adaa isiinii baasuu rabbii hin sodaatuu😢😢😢😢😢
Kan jalatee ni bohaa kan jalaamee ni bonaa kan lafa fudhutti kan ukaa buusa jedha oromo❤
RABBIIN KEESSAAN WALITTI ISIN HAA DEEBISUU 😢😢😢 BAREDUU KOO❤
❤❤❤mee hubadhu kan ofii jaallaattee Qaama miiraa keetii.har'as horus ifaa nyaataanis nafaa dubbii Eegumsaa Eegumsaa ijjis aswrwb harkii Eegumsaa beelaaf
Maalo macaan akkam bareeddi ijarra hafibbo qaaliko
O B N ATI homaa jalala kan gabasii umaata dhumaa jiruu kana Mafi hin gabafne midiyaa kijibaa
Aniii kanaf namaa sadafaa biloki ufiraa godhaa isin lameen wan fetanilee yoo tatan abdan namaa sadafaa wan jedhamuu hin jiruu 😊😊😊😊😊😊
❤❤❤Mufaariyaat Ibrahim Jabaadhaa Barsiisaa Barsiisaa yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa dhugaa dhaqqabii garaafi Onneen nyaataanis harkis ittisaa dhaloota hayyumatuu diinaa jibbis ifaa
Rabbi walitti isin haa deebisu
Bareeduu mootii jaalalaa!!!!❤🥰Ayizosh
Masha alla akkam bareddi inttali ❤❤❤ innu uma bade Kan sii dhabe
Magaallee silaa taate kana nikaan hidhaan ture. Silkii mijeessaa ishee naaf soqaamee maalo🌺
😢😢😢😢 otto dhugaan jirate gariidha jireenyaa keessati darbee haati manaa fi abbaan manaa oduu alaan waal lollun gariidha mitti.
Sanyii facaasaan haammatuu jedha Oromoon❤❤❤!!!
Dhugaa rabbiitu beeka Ati dhuga qabaaattee Abbaa mana ketii dhugaa qabaatus garuu obsi
Hin yaadin naatu sifuudhaa
Sihaa danddesisuu rabbin
Waqayyo mana kee digame sifi Haa ijaaruu bareeddu ko❤
caarraa akka kooti qabdi anilee akkaanati rakkaadhe
Hintala araba se,ee ani mashalh hin baredi
Uuff Rabbii Walitti Isin Haa Deebisu Wallahi
Maaloo anillee jireenyaa akkasiti ani Gaaddisaa Abdisaa fiwarqinash Gaddaafaa daballi Jalaala sirritti biran naaf gaha Amboo irraa
Rabbi woliti isni haa debisu
Amdiyaa Abo rabbumaaf jehii silkiishii naaf fuudhi nan jajjabeeyssa.
❤❤❤Seeraafi Heeyyamuu yaannis waraanaa bultiinis gaachana hawaasaa mandisni lollis ifaa osoo deemnee Gurrii dubbii Eegumsaa manni murtii ida'amuun hawaasaa
rabbiituu jira abdii hin cutatiin ni argata.
❤❤❤Manni Eegumsaa Gzx Billisee Irranaa Irranaa aswrwb Gzx Sabboonttuu Ahmed DrugIlkaaniin ijjis waraanaaf gurruma wawrwb gzx Hamdiiyaa Yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi jaalalti ❤Amantii ni qabdii❤Seera ni qabdii❤Beekumsii Eegumsaa abbamaa/hadhaa biraadeemnee quba qeensii lollis ifaa hinaaffaan haqa dadhabee mallaszenawii ardaan marii maalif jaalaa kayyoo tokkoo shanii ykn ida'amuun mandisni biraa deemnee😊
Wayyoo gara koo lubbuu Kani jedhuu kuni ni sobaa lubiyee osoo Nani Jedhuu lubbuu tiyyaa dhufate badee 😢
Dhugaa bayee bareda 😊😊
Dhugaa keti 💕💕💕💕💕💕
i am crying 😢
Akamitaa baredii rabibbii jedhaa mashlaaah tarklaaaah ❤❤❤❤❤
Jaalali moo'ataadha!!!❤❤❤
❤❤haqaa Bulchiinsa lafaatiin Bultiinis Gaaddisaa gurriis Eegumsaa Eegumsaa namarraa dheessuu ifa garuu Ulfaatadha barruu gaddaa hammattuf
Homa miti rabbi jira
maloo na gafadha mucayoo hedduu baedi mashallaa
Rabbiin Walitti Isaan Haqabu
bareedduu tana qabaa natti qalaa yaa oromoo
Hamdiyaa hojii tee nyaadhu nama boochiftee fixxee bar🤣Miciyyoon garuu nii bareeddiiiiiiii wiiii❤❤❤❤
Bareedduu akkanaa❤Mo'aan jaalala qashti koo jabaadhu
😂
Atii walahii namaa dhugatii qashiit tenyaa obsii furtuu waa maratii
Jalalaa dhugaa miijatuu 😢
Maalikaa atimmoo Islaama malee hin dhiyeessitu giiftii, akkanatti ni taatiiree🤔
Woyii hinfaa😂😊
Oromoon gara bahaa almost muslima , amantiin bira gara wallagga fi shawaa dha ka baayyatu
Maal wanuma hasoftu dhabdani imo kkkkk aban dawale dhiyesiti maltu amanti wajin waliti fide 😂😂😂😂😂😂ay oromo jedhe ka abichu
@@awelyasin1406maal jechu barbade baha kesa kan bira jiru tarikuma qabdu wari komenti kkkkkkk 🤣🤣🤣🤣😁😳
❤❤❤kufaatii Namaa arguu=u ❤❤❤kurreejilbaatiif eegiif gumaadha jechama Dubarttoon answer Eegumsaa aswrwb Mufaariyaati Amshiir inshaa'allah du'aayii kufaatii yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis Eegumsaa hawaasan save ourselves from government ifaa humni dhageeffatu dhibeedha jaalallii❤❤
Abdi hin muratiin atii nama bareeda kanna
Rabbi waliti isin debisu
Ambishi homa mitii ❤❤❤
Welcom
Homa mittii 🎉
Rabi Wollt isini haaraisuu
Rakanee jalaluma kana uuuuufffff aboo iccciiii jalalima kana
Hii jalala kana waan nama hin gonee hin qabuu😢😅
Rabbi sif haa debbisuu❤❤❤❤
walitti araarsuu utuu yaaltee gaarii ture
She's beautiful
Bareedduu fuudhuun booddi akkanuma😢
Obn kun bishaanille nama qiccani isiinitti qalawe
Waqaayoon waliti isini ararasu
Yaa jalaltii Hasida hin dhabdu jedhan yaa Sabontu tenya
Sini jalala
Rabii walifii si ha galichuu
Anis akkuma kee kana nama waggaa afuriif jaaladhee isin garuu nadidee maalgochuu wayya Mee deebii isaa yuutuubii ykn miidiyaa keessaniin naaf himaa
ohhh semetishen eredalewo , hiwot wetsah worede alewo yehe andu nw seleze tergage hule yeteshal ale stop thinking him ,by the time you had good time with him , forget about that and start new life!I know feeling, is not easy. good luck to you!
ta rabbin kesa jiru hin badu
anuu sirraa qabame erga si argerra jalqabe😢😢😢
Yaa rabii
Abshir😢
Maaaf garaa roraasta yaayaadachisteee intalti
Maaliif hin hidhanne harama goote atin barwddun tunis😭😭
Amaluma dubartootat ni bareedna jedhaniiti of tuulun
Waan heddun irra baradhee tnx
Maalif hin Araarain.
Warqii your gold
jaalalti akkanuma kunoo jireenya kana keessatti nama jaalattan osoo hintaane nama isin jaalatu maraxadhaa
Barreedduu tanaa enuutu jibbaa
❤❤❤❤
Miskinaa rabbiiti dubarti tun wlh Nama marartii walitti isiin haa deebisuu rabbiin
Dubartiin yoomuu nama jaalattu osoo hin taane nama ishee jaalatu waliin jiraachuu qabdi.
💯💯💯💯💯💯
😭😭❤
Mufe baki dhalotake esa lubbu
Uuuufff bayeee namaa gadhisaa obsii adhokoo waqayo madakee in. Fayiisaa. Gomatuu. Ibanyii mu Yaa namaa gayilaa Nama digduu Sif wayooo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Aaayii ani kanuma caqasee dhiira huda ofirra eega akka warabeysa 🤨🤨🤨
Aboo mataakana waa itti hidhadhu yaagaazixeessituu teenya hamdi
Ibsite sirritti filmi jaLalaa
Na.jalaata.hin.jedhin.nan.jallaadha.jedhi.male
Mata qulaa yoo these Malle huji irraa si ari'ani ?
❤❤❤❤❤😢
Itti dhesite male hin jallanne
Anis akkasii😂😂😂😂😂😂😂😂💔💔💔💔💔💔
😭😭😭😭
❤❤❤❤❤❤❤bareduu
Bilbila isii inbox kaayi Hamdiya’s
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
💋🌹💯❤❤
Hamdiya hojii kee nyaadhu
Ya hamdiyà mangisti ati dhuguman hayyudha amale sammu the sif ha gabisu ya oromo tenya
Rabbiin gara sif haa laafisuu❤❤❤❤
Homaa miti siniif rabbi jira garuu isa mana nama diguf hojjisaa waqayyo haa keennuf 🙏
❤❤❤Rabbiin waliin deemsis walii yaadunis Gaaddisaa walii Raabbiin ifaa isin haatiksuu. Hireen Qooda Rabbiitii Rabbiin ija Rahmataan isin haa laaluu
Abban shunbe waan je e sirba isaa keestti qoosa fakkesse namnni fungee fuudhe nagaan wajjin tura Anarra laalatii bareddurra goraa je.e amma rakkinni intala kana wanni bultii isii diige baay.ee bareeduu isiiti shamarran baay.ee bareeddan tokkoffa lakafaa ykn dhiirri ni hiraarsa lammaffa abban mana ni shakka 3ffa isaanis waan bareedaniif bareedina ofii kanaan of tulu barbaaddi kanaaf dhiirri ol aantumma waan barbaaduuf walii galuun baay.ee rakkisa galatooma
Yaanikee 100% sirriidha
dhugaa keeti sirridha jechii kee 24:40
Eeee misikinaa wly abshiir hayat tiyyaa hommaa mittii rabbummaa jiraa
Uuuuuuuuuuuuufffffff maalii akanii adaa isiinii baasuu rabbii hin sodaatuu😢😢😢😢😢
Kan jalatee ni bohaa kan jalaamee ni bonaa kan lafa fudhutti kan ukaa buusa jedha oromo❤
RABBIIN KEESSAAN WALITTI ISIN HAA DEEBISUU 😢😢😢 BAREDUU KOO❤
❤❤❤mee hubadhu kan ofii jaallaattee Qaama miiraa keetii.har'as horus ifaa nyaataanis nafaa dubbii Eegumsaa Eegumsaa ijjis aswrwb harkii Eegumsaa beelaaf
Maalo macaan akkam bareeddi ijarra hafibbo qaaliko
O B N ATI homaa jalala kan gabasii umaata dhumaa jiruu kana Mafi hin gabafne midiyaa kijibaa
Aniii kanaf namaa sadafaa biloki ufiraa godhaa isin lameen wan fetanilee yoo tatan abdan namaa sadafaa wan jedhamuu hin jiruu 😊😊😊😊😊😊
❤❤❤Mufaariyaat Ibrahim Jabaadhaa Barsiisaa Barsiisaa yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa dhugaa dhaqqabii garaafi Onneen nyaataanis harkis ittisaa dhaloota hayyumatuu diinaa jibbis ifaa
Rabbi walitti isin haa deebisu
Bareeduu mootii jaalalaa!!!!❤🥰
Ayizosh
Masha alla akkam bareddi inttali ❤❤❤ innu uma bade Kan sii dhabe
Magaallee silaa taate kana nikaan hidhaan ture. Silkii mijeessaa ishee naaf soqaamee maalo🌺
😢😢😢😢 otto dhugaan jirate gariidha jireenyaa keessati darbee haati manaa fi abbaan manaa oduu alaan waal lollun gariidha mitti.
Sanyii facaasaan haammatuu jedha Oromoon❤❤❤!!!
Dhugaa rabbiitu beeka Ati dhuga qabaaattee Abbaa mana ketii dhugaa qabaatus garuu obsi
Hin yaadin naatu sifuudhaa
Sihaa danddesisuu rabbin
Waqayyo mana kee digame sifi Haa ijaaruu bareeddu ko❤
caarraa akka kooti qabdi anilee akkaanati rakkaadhe
Hintala araba se,ee ani mashalh hin baredi
Uuff Rabbii Walitti Isin Haa Deebisu Wallahi
Maaloo anillee jireenyaa akkasiti ani Gaaddisaa Abdisaa fiwarqinash Gaddaafaa daballi Jalaala sirritti biran naaf gaha Amboo irraa
Rabbi woliti isni haa debisu
Amdiyaa Abo rabbumaaf jehii silkiishii naaf fuudhi nan jajjabeeyssa.
❤❤❤Seeraafi Heeyyamuu yaannis waraanaa bultiinis gaachana hawaasaa mandisni lollis ifaa osoo deemnee Gurrii dubbii Eegumsaa manni murtii ida'amuun hawaasaa
rabbiituu jira abdii hin cutatiin ni argata.
❤❤❤Manni Eegumsaa Gzx Billisee Irranaa Irranaa aswrwb Gzx Sabboonttuu Ahmed DrugIlkaaniin ijjis waraanaaf gurruma wawrwb gzx Hamdiiyaa
Yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi jaalalti
❤Amantii ni qabdii
❤Seera ni qabdii
❤Beekumsii Eegumsaa abbamaa/hadhaa biraadeemnee quba qeensii lollis ifaa hinaaffaan haqa dadhabee mallaszenawii ardaan marii maalif jaalaa kayyoo tokkoo shanii ykn ida'amuun mandisni biraa deemnee😊
Wayyoo gara koo lubbuu Kani jedhuu kuni ni sobaa lubiyee osoo Nani Jedhuu lubbuu tiyyaa dhufate badee 😢
Dhugaa bayee bareda 😊😊
Dhugaa keti 💕💕💕💕💕💕
i am crying 😢
Akamitaa baredii rabibbii jedhaa mashlaaah tarklaaaah ❤❤❤❤❤
Jaalali moo'ataadha!!!❤❤❤
❤❤haqaa Bulchiinsa lafaatiin Bultiinis Gaaddisaa gurriis Eegumsaa Eegumsaa namarraa dheessuu ifa garuu Ulfaatadha barruu gaddaa hammattuf
Homa miti rabbi jira
maloo na gafadha mucayoo hedduu baedi mashallaa
Rabbiin Walitti Isaan Haqabu
bareedduu tana qabaa natti qalaa yaa oromoo
Hamdiyaa hojii tee nyaadhu nama boochiftee fixxee bar🤣
Miciyyoon garuu nii bareeddiiiiiiii wiiii❤❤❤❤
Bareedduu akkanaa❤
Mo'aan jaalala qashti koo jabaadhu
😂
Atii walahii namaa dhugatii qashiit tenyaa obsii furtuu waa maratii
Jalalaa dhugaa miijatuu 😢
Maalikaa atimmoo Islaama malee hin dhiyeessitu giiftii, akkanatti ni taatiiree🤔
Woyii hinfaa😂😊
Oromoon gara bahaa almost muslima , amantiin bira gara wallagga fi shawaa dha ka baayyatu
Maal wanuma hasoftu dhabdani imo kkkkk aban dawale dhiyesiti maltu amanti wajin waliti fide 😂😂😂😂😂😂ay oromo jedhe ka abichu
@@awelyasin1406maal jechu barbade baha kesa kan bira jiru tarikuma qabdu wari komenti kkkkkkk 🤣🤣🤣🤣😁😳
❤❤❤kufaatii Namaa arguu=u
❤❤❤kurreejilbaatiif eegiif gumaadha jechama Dubarttoon answer Eegumsaa aswrwb Mufaariyaati Amshiir inshaa'allah du'aayii kufaatii yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis Eegumsaa hawaasan save ourselves from government ifaa humni dhageeffatu dhibeedha jaalallii❤❤
Abdi hin muratiin atii nama bareeda kanna
Rabbi waliti isin debisu
Ambishi homa mitii ❤❤❤
Welcom
Homa mittii 🎉
Rabi Wollt isini haaraisuu
Rakanee jalaluma kana uuuuufffff aboo iccciiii jalalima kana
Hii jalala kana waan nama hin gonee hin qabuu😢😅
Rabbi sif haa debbisuu❤❤❤❤
walitti araarsuu utuu yaaltee gaarii ture
She's beautiful
Bareedduu fuudhuun booddi akkanuma😢
Obn kun bishaanille nama qiccani isiinitti qalawe
Waqaayoon waliti isini ararasu
Yaa jalaltii Hasida hin dhabdu jedhan yaa Sabontu tenya
Sini jalala
Rabii walifii si ha galichuu
Anis akkuma kee kana nama waggaa afuriif jaaladhee isin garuu nadidee maalgochuu wayya Mee deebii isaa yuutuubii ykn miidiyaa keessaniin naaf himaa
ohhh semetishen eredalewo , hiwot wetsah worede alewo yehe andu nw seleze tergage hule yeteshal ale
stop thinking him ,by the time you had good time with him , forget about that and start new life!
I know feeling, is not easy. good luck to you!