Magaalaa koo - Magaalaa Moggaasa biyya lamaa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 3 гру 2024

КОМЕНТАРІ • 7

  • @qophiioro5678
    @qophiioro5678 6 місяців тому +1

    Haga dhumaa isin wajjiin jira jabaadha 🙏

  • @AbdulhamidNasir-uu3li
    @AbdulhamidNasir-uu3li 5 місяців тому

  • @abdisar367
    @abdisar367 6 місяців тому

    Wow amazing ❤

  • @el-mtu
    @el-mtu 6 місяців тому +1

    Mooyyalisoo tiyyya ❤❤❤

  • @halkanodabaso5893
    @halkanodabaso5893 6 місяців тому

    Waan Dansaa, akkii Nami Garii itti Ibsu guddoo Dansaa Namaatti tola. ammoo Wannii Dhugaa Laftii tunin Bulchiinsa Motummaa Naannoo tokko Jalaatti Deebi'uu malte. Finnii Dabdichii Kun Qajelee Laftii Tun Bulchiinsa Mootummaa Nannoo Oromiyaa Jalaa deebi'uu Malte. Dhugaan Jirtulleen tanuuma! Funnoon Siyaasaa ta Waggaa hedduun dura Guduunfamte tuniin yeroon Mootummaan Fuuruu qabu Ammaantan. Mooyyaale durii Looni Mooyyee Oomishiti. Amma Ammoo Daldaaltoota Siyasaa Kaa Gaafa Buudee Hedduu Oomishtee qabdi. Daldaaltootni kun Motummaa 3, 4 jidduu Yaatee Guddinna Lafaa Gad-dhoofti. Kanaaf Siyaasan, Dinaagdeen, akkasumaas Hawaassummaan Hojjii Guddoo Hojjatamuu maltee jira. Mataa Malee Balbaala hin bahaan akkuuma Jedhaan Warrii Ulee finnaa harkaa qabdaan Mooyyaleefi Xiyyeeffanoon Kennamuuf qabdi.

  • @ademedao3820
    @ademedao3820 6 місяців тому

    Urji kibba Oromiyaa irraa mul'atu magaalaa bareedduu yeroo gabaabaa keessatti mootummaan naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo guddoo itti kennuun misoomuu qabduu dha. Daandii keessaa, Industiriiwwan, Humna ibsaa,bishaan dhugaatii, Hospitaala Sadarkaa isaa eeggate...kkf ishee barbaachisa. Kanaaf hirmaannaa fi tumsi qaama hundaatuu barbaachisaa dha. Let stand with our Mayor Seada Kulu.