Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Dr Gudata,You are a visionary and compassionate physician. May God bless you and your family in every aspect of your life 🙏 ❤️
Thank you Habtemu!!
Rabbi siif haa keennu Dr.!!
Big-hearted man, a role model to many!We thank you for what you have done to the society.
Maashaa Allah Maashaa Allah Namni akkana nuuf haa baayatu
Umrii dheertuu isiniif haakennu Dr Guddataa hinikka❤❤❤
Really role model! Long life our father!
❤❤❤❤ mashalllh good job 👏
"Siyaasni dhugaaf inni sirriin Uummata ofii bira dhaabbachuudha. Dr. Guddataa Hinikaa" Siyaasa sobatiin uummata oromoo rakkisuu irraa akkaa Dr Guddata uummata oromootiif jirachuun nu barbachiisa baay'ee galatoomi Habtish namoota uummata keenyaaf bu'aa busaan mul'isuu keetiif. i appreciate you dear brother go ahead
Nama Jabaa biyyaa nuuf dhiheessuu keessaniif galatoomaa
Dr guddataa umrii dheeradhaa.
Amazing person 👏
Dr wi are praod of your❤
waan bayy'een isiin irraa baradhee Dr.Guddataa, yoo Waaqayyoo jedhe anillee Docteera akka keessani tahuun fedha. nuuf jiraadha.🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥
Warri siyaasaan kasaare ummata fi siyaasaa addaan hin beekan.ummata ofii gargaaruun namummaadha siyaasaa miti
Hayyuun akka iaaanii haa baayyatu
Namni akkana nuuf haa baayatu
Galatoomaa Dr. GuddataaGaruu gaaffii tokko yeroo hundaa sammuu keessa nanana'u Dr. Ali Birraa ijoollee qabaa moo hin qabu?Maalifi yeroo boqote sana durba lama lakkuu kan ta'an biyyaa alaa akka jiran waan media irratti waan ta'eef
The only Ethiopian who achieved “self actualization” the highest level of knowledge
Dk isnis glatoomaa hundii kesaanuu ❤❤❤❤❤❤
Galatomii habtish
Rakkinni namni keenya qabu tokko kan ati akka muuxannoo argatan irratti hojjatuu qabdu nama dhukkubsate bakka mana yaalaa geeysuu dhiisanii dawaa aadaatiin hidda kutuutu mul'ata saniifuu uummata gorsaa
Dr. Maqaan kiyya ni jiraa ijaarsa Hospitaala sanaa keessa ? Moo ni dagattan . Gumaata university of Minnesota keessatti goone sana ni yaadattaa ?
Dr. Galata qabdu
❤❤❤❤
Isintu akka nuti isin irratti dammaqne arguu hin dandeenyee , arguufis dandeetti hin qabdan malee , uummatni Oromoo isin irratti dammaqee jira . Isa isin yoo uummatni Oromoo OROMOO jakatti galee gabrummaa hin fudhanne , amaaraan uummata Oromoo dhabamsiisna jettanii karoorfattan , guyyuma jalqabaa isin irratti mariyattan isin bira geenye . Itti fufaa .
Habtish hedduu galatoomi hayyuu keenya nuuf dhiheeysuu keetiif muxannoo tokkon siif qooduu fedha ji a tokko dura oboleessi kiyya tokko dhukkuba timing qabame akkasuma debates halkan hin raffisu miila jala guba uuu je'ee iyya halakanii guyyaa gubaa isaaf qabbaneessuuf amsoolaan qilleensa hurgufuuf maatii sannbooda tv oromia 11 irratti beeksisa Kabajamtuu gaazixeessituu Maserat dhaabaatiin hojjatame argeen isa fuudhee hospitaala San geeyse San booda extray halv body garaafii qoma jidduu godhanii kiniina kennaniifii gali ja aniin amma turtii ji'a tokkoo booda deebisanii yaamanii yoo check up godhan dhukkuba tiivii irraa fayyyee jira haa galatooman rabbiin inni guddaan fayyaa uumee dhukkubas uume bakka itti wal'aannatan nuu kenne Doktor guddataan haa galatoomu
❤❤❤
Dr Gudata,
You are a visionary and compassionate physician. May God bless you and your family in every aspect of your life 🙏 ❤️
Thank you Habtemu!!
Rabbi siif haa keennu Dr.!!
Big-hearted man, a role model to many!
We thank you for what you have done to the society.
Maashaa Allah Maashaa Allah Namni akkana nuuf haa baayatu
Umrii dheertuu isiniif haakennu Dr Guddataa hinikka❤❤❤
Really role model! Long life our father!
❤❤❤❤ mashalllh good job 👏
"Siyaasni dhugaaf inni sirriin Uummata ofii bira dhaabbachuudha. Dr. Guddataa Hinikaa" Siyaasa sobatiin uummata oromoo rakkisuu irraa akkaa Dr Guddata uummata oromootiif jirachuun nu barbachiisa baay'ee galatoomi Habtish namoota uummata keenyaaf bu'aa busaan mul'isuu keetiif. i appreciate you dear brother go ahead
Nama Jabaa biyyaa nuuf dhiheessuu keessaniif galatoomaa
Dr guddataa umrii dheeradhaa.
Amazing person 👏
Dr wi are praod of your❤
waan bayy'een isiin irraa baradhee Dr.Guddataa, yoo Waaqayyoo jedhe anillee Docteera akka keessani tahuun fedha. nuuf jiraadha.
🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥🏥
Warri siyaasaan kasaare ummata fi siyaasaa addaan hin beekan.ummata ofii gargaaruun namummaadha siyaasaa miti
Hayyuun akka iaaanii haa baayyatu
Namni akkana nuuf haa baayatu
Galatoomaa Dr. Guddataa
Garuu gaaffii tokko yeroo hundaa sammuu keessa nanana'u Dr. Ali Birraa ijoollee qabaa moo hin qabu?
Maalifi yeroo boqote sana durba lama lakkuu kan ta'an biyyaa alaa akka jiran waan media irratti waan ta'eef