Ayii yaa jalala ABBA namat tola ture silaa ani garuu jaalala abbako gonkumaa hin dhandhamne ani😥mal taha garuu haati kof abban kos osoo akka maatii keeti kanat jaalalan walin turan hoji rabbit omaa gochu hin dandahu rabbin harmeekoo umrii ishee naf ha dheerressu🤘🤲😥💋 hunda kessanifu maatii jaalala qabu sinif ha kennu 🥰
dhugaa jetee gamee 👌👌👌👌👌👌👌rabii jalaala kesanii angaa dhumatii isinif haa dhodhuu ❤💜💙
gammee baga nagayaan dhufte💖💖💖 seenaan ati guyya guyyaan nuuf dubbiftu baayye nama booharsa atis nuu jiraadhu galatoomi
Haadha ilaali entala fuudhii jechaa atikoo yero undumaa jetuu turee 👍👍👌👌👌 bay,eee bay,ee namatii tolaa barumsaa garidhaa waqayoo jireynaa ebifamaa jalalani gutamee ebifamee siif hakenuu senakee nuuf dhiyesuketif eduu Galatoomii 💓💓💕💕💕💕💖💖💖
Woooowwoo wwuu baayee bareeda ammale jireenyaa gaarii umrii dherraa wali jiraadha kuma horaa. Bulaa obsii kee bulti kee siif qabe. Jiraa qophii baredaa galaatomi Gamme
Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa rabbii ijumaa.kananii.isinii haa jirichifatuu. Inshallah.uramii dhiraa jiradhaa bayyee barumassaa guddaa dabarasitee hayatii koo 💞💞💞💞💞💞💞🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻💞
Gamee kiyaa galatomi wan suraa irati dubatee sani naf tatee jirtaa baga dhiftee ❤️👈 oboleti kenyaa jirenyaa kee garaa fulaa dhurati sif haa tolchuu
Hadhaa lali intalaa fudhi hati koo duran akana nan jechaa turtee aniyuu obsaa hadhaa koof kenee naf keni jedhaa 😭❤️❤️❤️❤️❤️
Wowowo baay'ee namatti tola nuuf jiraadhaa oromoo Koo Atillee nuuf jiraadhu Gammee keenya baay'ee si jalaadha
Alhahamdulilhi Alhamdulillah yoo jetuu heduu sirraa baredaa gameee wowowo😍😍
😳😳😳😄😄😄
Kkkkk maloo gammachiis irraa homtuu hin Fokkisuu maloo
@@hinqaalatimaleedhugaahinci1113 eyyeen dhugaa jetee ana kunoo sagaledhumaa isaatuu susii natii ta'ee ijaa basee egaa olaa 😄
@@derartuabera6496 anilee akkumaa keeni tahee Guyyaa hojjin Qabaa Halkkaan garuu hirbaa kiyyaa dhabeeni dhageefacha Bulii😍😘😘😘🤣🤣
@@derartuabera6496 maa 😄
Senaa barumsaa garii qabudhaa
Obboletii koo bay'ee nama gammachistaa waqayoo ammas obsaa siif haa kenu jirenyaa kee waqayyoo siif haa ebbesuu waqayyoo abbaa mana kee wajinis nagaan walii isiin haa agarsuu
Matii naf ta,ii
Masha allah masha allah bayye namatti toola
Obsa akka kee dubartoota keenyaa hundaaf rabbiin haa kennuu Rabbiin Abbaa mana kee wojjiin gammachu dhuma hin qabne isiniif haa baayyisu
Rabbin jalala keessan ammas itti isini haa dabalu waalif issin haa dhisu 💟💟💟hora bula 👈
Dhugaa keeti yaa obboleetti teenya rabbi jiruu tee siif haa bareechu ammas daran caalaa
Maasha alla Maasha alla rabin woliti isiin haa nabesu Maasha alla naa ❤❤
Anilee Abbakoo Akka iriyaa kotii mee orodofotani gamee Rabii humurii sifi ha dheresu Jedhaa Na jedha Addaraa
Aanille akkuma ketti rabbiin nu hundafu nu ha dhaareeeasuu
Baga nagan dhufte game keenya sabona oromoo sirridha game suura maxasun hin barbachisu ok obbleti koo ammale waqqayyoo obsa daandeti kana callu sif haa kennu 💕💕💕 dubartin tokko buulti kessati obsa qabachu qabdi dubartin buulti keessati utubaa ta'u qabdi akka bultin ishii bareduf obbleti koo maati kees waqqayyoo ammale sif haa ebisu
Maashalaa oboleti tiya nagan argiin jabadhu Leencaa koo galatomi Qaali 💔💔💔💔💔💔💔
Ayii yaa jalala ABBA namat tola ture silaa ani garuu jaalala abbako gonkumaa hin dhandhamne ani😥mal taha garuu haati kof abban kos osoo akka maatii keeti kanat jaalalan walin turan hoji rabbit omaa gochu hin dandahu rabbin harmeekoo umrii ishee naf ha dheerressu🤘🤲😥💋 hunda kessanifu maatii jaalala qabu sinif ha kennu 🥰
Mashaal Allah mashaal Allah mashaal Allah yaa obboleti too rabbini kan caalaa obsaa sii haa kenuu
Wwwaww rabbii siif Haa gargaru jabadhu
Waaqayyoo jireenyaa keessaan yaa ebbissuu jabadhaa rabbii ija nagaan wal sin yaa argisisuu
Rabbiin ija nagaan wolitti issin haadeebissu
Waqqaayyoo jallaa gudduu keessaniitiu haa baa,yyee suu❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Uuuuuufffff Abbaa akka hiriyaa waqayoo sifi keenee dhugaa
Jabadhu bayy'ee nama barsisaa Galatomii
Waaawaa bayyee namati tolaa
Maashaalla horaa bulaa deebanaa
Wowowowowowowow Bayee Namaatii Tollaa Jirenyaa Garii Siif Yaa Tayuu Oboleetii Tiyaa Bayee Sii Diqiisifadha Jirenyaa Garii Siif Yaa Tayuu Jabadhuu
Wow bayyee gariidha horaa bulaa ammas rabbiin obsa siif haa kennuujabadhuu bultee kee jabefadhuu akasumati beektuu intala oromtichaa
Uuffi abbaan koo akkasumatti nu jallatta yaa rabbii umri isaan nuuf dheereessi
Wqyyoo walit sin haa hambisuu gufun sin hin argin walif jiradhaa 😍😍😍😍😍😍😚😚😚😚😚
Bagaa nagaan dhufte gammee koo
Mashaa allha
Namatii tollaabayee ❤️❤️🌹
Wel come gamee kenyaa ♥️♥️
Rabbii dabalee bekusaa isiin haa kenuu
Bagaa nagaa dhufutee gamee❤❤❤
@@Yonitube6 tolee
Mashallaah Mashallaah heduu namati tolaa jiruu garii isiin haa ta.uu barumsa gudaa qabaa rabbii akkaa sifii obsaa kenee kanatii obsaa naa haa kenuu wlh anii obsaa hin qabuu 😘😘😘😘😘
Sifaa Wly Anniissii Obssaa Hin Qabuu kuunoo Madamii koottinni Woolii Galluu
@@rehimatijan2235 abshiri ruhii too rabbii obsaa nu haa kenuu anisii akkasumaa ketii
Anii imoo obasaa koo gar malee qabaa jalalee koo ituu mal godhee gafis tayee waa biraa hin gafadhuu zim jedhee dhumaa dabarisaa garuu obisii koo bayee namidhaa jiraa obisii gar malee namaa midhaa
@@AsAs-le1hw uuuufffffi Bareduu too abshirii homaa mitii 😘😘
Seenaa baay'ee namati toluudhaa dhugaa oboleti koo baay'ee namati toltaa dhugaa waqayoo Amala kee nufi yaa keenuu Waqayoo nagadhani wali isni Yaa agarisisuu kodewani koo
Rabbiin ija nagaan walittii isin haa deebisuu
Bagaa Nagaayh Dhufaatee Gammee👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤💘💘💘💘👂👂👂💋
Mashaa Allah Amasaa dabalii sabari Rabbiin waliti isin hadebisuu ❤️
Baga nagayaan dhuftee Gammee💓💓💓💚💚💚
Dhugaa jetee gammee suraa maxansuun sirrii mitii
Wowww waaqayyoo jireenyaa keessain amma dhumaati haa ebbisuu hadhoo koo gamee koo Galotamii
Eraaa hubadheee❤❤❤❤❤
Welcome gammee. Obbolettiko waqayyo amma dhumaatti waliin isin haa jiraachisu
Anaa duraa ilalee har'aa
Bagaa nagaan dhuftee gammee ❤❤
Us anaa duraa lalee 😃
@@sifaamamiyyee3306 yee giddumaa moo anaa sii miti afachuu didee ati 😄😄🤣🤣
Lamman keesaanu calisa natu dursa😋
@@derartuabera6496 hhhhhhhh anumaa sii dursaa us naraa mee 😄
@@sifaamamiyyee3306 kkkkkkkk Maal kiyyumtii haa ta'uu yoo jetee malee ana calisuu hin jiruu kaa wanumtii dhufee haa dhufuu malee 🙅♀️😁
Wow.. Bayee namati tolaa obsi furmati jiruti iji hamtuu isini hin argini halumaa Kani itti fufii
Wowow dhugaa keetii galatoomii hadheekoo waqayyoo waliin siin hajiraachiissu
@@Yonitube6 tolee atiis ❤️
Maashaa Allah sinii jedhee oboletii ko
Wiw baaye nama tola jaabadhu
Bayee namatii tolaa umurii dheradhaa wolinii ❤❤❤❤👈
Namaanii hunduu Goddanisa mattaa isaa qaba,uttuu sennaa koo sif barreessee nattii tola ture garuu yeroof kessumaa koo haa turuu🖤
Bayyee namati tola 💜
Akkam oltaan lammii koo👐😘woow baruumsa bayye qaba jabadhuu dhiyeesan sagantaa kana 🙋♂️❤
Wawwww ardha tokofaa anatuu hilalee
Uuuss ana eessa goote?
Maashaallaa heduu nama tola urmii dheradhu
Amale waqayyoo obsaa sif haa kenuu
Kun asoosama malee seenaa dhugaa miti...G/Arsii Aanaa gadab Asaasaa keessa gandi hunxee aloolaa jedhamu hin jiru.
Waqqayyoo sin yaa Ebisuu hagaa humatii Ebifamii kodee wani koo
Dubatu jabadhu
Wel come gammee sanyii ofii koo
Amalee waqayon ibsa sif ha dabalu namota bayeef fakena tatee galatimii
Amale waqayoo obsaa sif haa kenuu
Uuuffff abbaan akka kiya ni jira eda!umuri kessaan walin haa dheratu
Bayee namaa gammachisa hadho koo jireenyii keessan hangaa dhumati waqaayoo isiin haa tasisuu
Wwow heddu namatti Tola
Wow 💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Maashaallaah tabara kaallaah
Duratii jabadhu
Game koo bagadhufitee sageleen kee malii ajituu siqabemoo ofeagii libuu koo 😘😘💖💖💖💕💕💕💓💓💋💋
mashalla mashalla
Barumsi bayy.ee namati tola waqayyon nagahan Wal biran isiin haa agarsisu
Hangaa dhumatti dhaggeeffatti comment barreessakaa garu like dursa godhaa🤔
Oromia 24 fi buna qofan suusii qaba😿
Dhugaa anis susi guddatu irra na qabe oromia 24 irra
Dhugaa keetii jetee anasii akkumaa kee susiidhumaa natii ta'ee
@@derartuabera6496 Jalaulummaa Jedhii Mallee Sussii Maqabasiin Kkkkkk hhh Yaa Hayattii Kkkkkkkkkkkk
@@rehimatijan2235 hhhhhh kan hin bekin garaa sumatii demaa jira ani sodaa jalalla tanan in ulfataa 🤣🤣🤣🤣🤣
Galatomi Gammee ❤️❤️❤️💚💚💚♥️♥️♥️
Waqayo umuri dhera isinifi hakenu
👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Wwwwww beektuu Dubartii
Bagaa nagaa dhufte gamee
Sifgodhera
Wowowowowowowo 😘❤❤❤❤💚💚💚
Bagaa nagan dhufte
@@Yonitube6 eshi 😋😍
Baga nagaya dhuftu game
Hadhaa lali intala fudhii jetaani nuuti warri hadhaa hin qabneho🤔🤔😭😭😭😭😭😭😭yeroon jechaa akkasi dhaga'uu bayyeen bo'aa
Yaada gara dhumaa dhaggeeffadhu haadho
Kodee.hundii.hadhaa.biratii.ykn.atii.in.gudinee.eduu.jiruu.garuu.hadhaa.qabatanii.ykn.hadhaa.dhabanii.fi.jirenyaa.garii.jirachuu.in.dandanii.jechuu.mitii.jirenyii.kanii.dhufaa.tokkoo.tokkoo.kenyati.hadhaa..in.qabuu.jetee.wanii.sitii.dhagamuu.jirachuu.qabuu.kanii.dhallatee.kararatii.gatamee.gudatee.jirenyaa.garii.jirachaa.jiruu.eddutuu.jiraa.kanii.hadhaa.fi.abbaa.qabatee.moo.jirenyaa.in.tanee.keessaa.jirachaa...jiruu.edduu.isaniti.
Abshirr Yaa Galbbii Issaa Hadhaa Qamneefisi Rabittuu Jirraa
Obsii lubbuu 😭😭😭😭😭😭
Ashiiri homa miti
Jiiru Adunyaa kana Akanuma
Anifi Atile guyaa toko Asii irraa deenaa kanafu obosii barabachisaadha
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Dhugaa jetee gammee suraa nama post hin godhini
Wwooww bay'ee namaati
Dhugaa hedduu namati tolaa 💚 waqaayyoon ammaas obsaa daabalee sif yaa keenu 🙏🙏 waqaayyoon jireenyaa keessaan hangaa dhumati sinif yaa ebisuu 🙏🙏🙏💞💞💞💟💟💟💝💝💝💘💘💕💕💖💖💔 maalo mee imo whas app fi imo hin fayyadamtuu anis mudaannoon qabaa akka hordoftoni kee irraa baraatan barbaaduyyuu 🤚
Galatoomi Gammee barumsaa ergaa guddan dabarsuudha
Gammee keenya nuuf fayyite 😍?
Naa Wayyeerra Haadhookoo Galatoomi!
Gamme bagaa dhuftee
Bagaa Bagan dhuftee
Baga nagan nuuf debite.
Bay,ee si jaalana. 💜💜💜💜👌
😘😘😘
Wel come game😍😍
Gamitii baga fayyite maarr❤
Weell comee gamee tenaa♥️
Noraa ijollee Oromoo koo
Welcome.gamee.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Anis yeroon jalalee kiyyaa ykn hirryyaa kiyya nikaa narra qabuu biratii yoon galee Hawaiin koo hala kanan jirenya kiyya utubudha kadhana keessnin barbada
👍👍👍👍💕💕💕💕
Mashallah Mashallah