Yeroo Bohaartii Ayyuu waliin 😍| Eenyutu Qarshii balleessuu jaalata?

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 28 жов 2024

КОМЕНТАРІ • 930

  • @hanatu
    @hanatu 7 місяців тому +104

    Dr atii namaa duraa komenti si baresuu malifi pini hini gotuu mo ofi gudachu barbadee 😮😮❤❤❤baredotakoo 🎉🎉

    • @DrNafyadGetuOfficial
      @DrNafyadGetuOfficial  7 місяців тому +28

      Kunoo godheera
      Galatoomi

    • @sabboontuuwallaggaalixaa
      @sabboontuuwallaggaalixaa 7 місяців тому +2

      Maqasatin Hanna mindinahu 😂😂😂

    • @hanatu
      @hanatu 7 місяців тому

      😂❤galtomi wali yadachisu wayaa ❤❤​@@DrNafyadGetuOfficial

    • @hanatu
      @hanatu 7 місяців тому +4

      ​@@sabboontuuwallaggaalixaa😒

    • @ኮኬትmyworld119
      @ኮኬትmyworld119 7 місяців тому +1

      😂😂😂😂😂

  • @obseebayyana9999
    @obseebayyana9999 7 місяців тому +5

    Waqaa hatii manaa Dr bayye das naa jetee qabanoftuu akka shamaran duranii hasa'afis hin mudamtuu ❤❤ akasumas homaa dibatuu furaa ishetuu❤❤ akanumatii itti fufii bareduu tiyya ❤❤❤ horaa bayyadhaa waqayyoo ga'ilaa kessan isinii yaa ebisuu❤❤

  • @Warqee20205
    @Warqee20205 7 місяців тому +9

    Well come best family baga nagaan dhuftan Dr keenyaa akkan itti isiin jalaadhu naf jiradha❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @EthanTube47
    @EthanTube47 7 місяців тому +10

    Nuuyi ijoollee ifaati.
    dhugaa keedha qoosa haa fakkatu yuu malee.
    comment:- baayee namatti toltuu dhugaa ani feeling gaarii keessa taa'een isiin dawwadha garuu akka comment ti Ayyoon kana caalaa qooda fuudhachuufi bareechu qabdi. I love you my favorite Family🧡🧡💛💛💖💖

  • @SINGITAAN
    @SINGITAAN 7 місяців тому +8

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂😂 Dr keenyaa ummurii waliif dheeradha❤❤❤❤❤❤ bayyee isiin jallannaa

  • @MasaratGaromsa
    @MasaratGaromsa 7 місяців тому +1

    Dr Ebbiifamaa Taphannii keessaan hedduu nama Boharsa. Garuu👆 Jireenya keessan keessaatti Yeroo Hundaa Akkuma kanatti waliin Taphaatu???

  • @HawwiiHawwii-zc1oh
    @HawwiiHawwii-zc1oh 7 місяців тому +13

    Bayyee dasii Naa jetuu waqqayoo umurii dheraa walin sin haa tursisuu❤❤❤

  • @SamsungGalaxy-r7r4u
    @SamsungGalaxy-r7r4u 7 місяців тому +2

    ❤❤❤❤❤gafii qaba doctor ossoo qamiin dhira durbaa kessaa hin seene yoo ittii xuxuqe dhisee mamara irraati hin mulaata maloo naa debisi 😢😢😢

  • @sukariabdualrahman2519
    @sukariabdualrahman2519 7 місяців тому +5

    Mashallaahaa tabarkallaah ijara hafaa umuri waliin jiraadh Sanyii wan koo bayee isn Jaladhaa ❤❤❤❤

  • @WajiBoko
    @WajiBoko 7 місяців тому +1

    Garuu akkassitti jaarti teettii photo ishee bakkeetti baasuun maliif barbaachisee?

  • @oromiyaabiyyakoo-w3n
    @oromiyaabiyyakoo-w3n 7 місяців тому +4

    dr wly hatii mana kee bayee tokko bareedii sinboo qabeti intala mashalla❤❤

  • @KsaSaudi-c5m
    @KsaSaudi-c5m 12 днів тому

    Dr nafyad dhugaa bayyee kadhaataa qabdaa mucaa bareeduu amaalaa qabetti qabanoftuu argaate ❤❤❤❤❤❤

  • @alimaali7762
    @alimaali7762 7 місяців тому +3

    Dr keenyaa umurii walifi dheradhaa bayyee isiin jallannaa ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤

  • @saamiraajamaal4716
    @saamiraajamaal4716 7 місяців тому +2

    MaashaaAlhaa tabarkal bayee wol biraa baredu wolinii umiri dheranaa qaliwan koo ❤❤❤❤❤❤

  • @sifaniiibrhimii8865
    @sifaniiibrhimii8865 7 місяців тому +4

    Dr. Kenyaa alamaa qofaa jijiradhaa mucatii ciqinaa isnii worii dhiraa mafii akasii qohii 😂😂😂😂😂durumaa jijiratuu moo hagaa futanii Anisii kiyaa akasumaa mali gonaa ree dadahudhaa 😂😂😂😂😂😂😂Jabadhaa Isnii Jaladhaa ❤❤❤❤

    • @Badhasajamal2
      @Badhasajamal2 7 місяців тому

      Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiito

  • @lenchokamaal
    @lenchokamaal 7 місяців тому +1

    Dr nafyad mee waa'ee dhukkuba Gastro-esophageal reflex disease nuuf hojjadhu.

  • @Lomitosaqa
    @Lomitosaqa 7 місяців тому +8

    Parnkii nuu hojedhaa❤❤❤

  • @ayyeeorocell9778
    @ayyeeorocell9778 7 місяців тому +2

    ❤❤❤ayuu and dr nafiyad baayee bayyeen isin jaladha isin kabajas umurii dheraa nufi jiradha baredota keenyaa nurati hin turina❤

  • @ayantuayantu7404
    @ayantuayantu7404 7 місяців тому +2

    Waaqayoo umurii keessaan wojiin haa dheeresu baay.ee nama toltuu dhugaa ❤❤❤❤❤

  • @MudinJifar
    @MudinJifar 7 місяців тому

    Eenyuutu daafee wali arguuf jarjaraa?

  • @IftiyomFedhasa
    @IftiyomFedhasa 7 місяців тому +3

    Baayyee namatti toltu Dr! Intalittiin ni bareeddi garuu ilkaanshee sirreessiif😂

  • @JirataTariku
    @JirataTariku 3 місяці тому +1

    Wow dhugaa bayye namati tolaa part itti anuu nuf hojedhaa

  • @meselubelachu9286
    @meselubelachu9286 7 місяців тому +4

    ስታምሩ እግዚአብሔር ይጠብቀቹ ❤❤❤

  • @RaisaJuneydiii
    @RaisaJuneydiii 2 місяці тому +1

    Mashallaha ❤❤❤❤

  • @EnthusiasticAtom-ml3rd
    @EnthusiasticAtom-ml3rd 7 місяців тому +3

    I love you bothLive in health and loveGod protect you❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰

    • @Badhasajamal2
      @Badhasajamal2 7 місяців тому

      Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiito

  • @kennawarqina6771
    @kennawarqina6771 7 місяців тому +1

    Waalifi jiradha baayee baaredu dhugaa waaqaayoo isiini a,ebisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ baayee namati toltu🎉❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @metii5816
    @metii5816 7 місяців тому +2

    Dr Germany irran isiin hordofa mee prank irra tii noo hojedhu 😂

  • @FantuInjigu-fu5fb
    @FantuInjigu-fu5fb 7 місяців тому

    Dr keenyaa haati manaa kee ayyaanna waaqayyoon kan kulamtr dha umuri sif haa dheraatu bareduu intalaa argat

  • @HfDh-x2r
    @HfDh-x2r 7 місяців тому +11

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @senbetowakjira
    @senbetowakjira 7 місяців тому +1

    Dhugaa Dr attis mucanis bayyeema tokko Nama Eebbiffamoo dhaa Nama gutuu nama hirinaa hin qabnee dhaa isiin bayyeema tokkon isiin jaaladha Bara baran jiradha

  • @MeseratAdugnaLamessa
    @MeseratAdugnaLamessa 7 місяців тому +2

    Dr baayee bareddu ummuri dherataa Ayyun baayee nati toltii dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @Badhasajamal2
      @Badhasajamal2 7 місяців тому +1

      Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiito

    • @DiineAbraahim-r6z
      @DiineAbraahim-r6z 6 місяців тому

      Nzmnii qaabuu haqa

  • @kolfan-jm9bd
    @kolfan-jm9bd 3 місяці тому +1

    Bayee namati toltu nuf joradha🎉🎉❤❤❤

  • @josederesa5232
    @josederesa5232 7 місяців тому +1

    ❤❤❤namatii
    tolaa sanyii
    koookkkkk pushabiin nakofalchiesraa bayaee😂😂😂❤❤❤

  • @genetaberafromnegelleboran8094
    @genetaberafromnegelleboran8094 7 місяців тому

    Dr Baga waaqayyoo nama isa sodaatu siif kennee .Baay'ee sin jaalladhaa naaf jiaadhaa ,Nageellee Booranaa irraa.

  • @bashaduuyeemaariyamlijii8952
    @bashaduuyeemaariyamlijii8952 7 місяців тому

    Bagaa Nagaan dhuftaan Dr keenyaa bayee isiin jaladhaa dhugaa horaa bayadhaa💋💋💋💋💖💖💖💖

  • @dursan7220
    @dursan7220 7 місяців тому

    Sabon ilmaa oromtichaa Doctor nafyadi umurii waliin dheeradhe baayee waliin bareedu❤❤❤❤❤

  • @munabareedduu4564
    @munabareedduu4564 7 місяців тому

    Dr baga nagaan dhuftan garuu yeroo amma kanaati qoosaa bira dhagaahu hin feenuu wahee hawaasa kenyaa walloo malee inshaa'allaah qoosaa kheessan tanaa darbiine itti deebiina garuu dhifaama

  • @GadiseHaile-f3y
    @GadiseHaile-f3y 7 місяців тому

    Baay ee namatti toltu walinni umrii dheeraadha❤❤❤❤❤❤❤

  • @garrameegashulaa9628
    @garrameegashulaa9628 7 місяців тому +1

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤wwwwoo Ayyuu Nati waliif jiradhaa namati toltuum dhugaa ❤🎉

  • @MAOAsd-q6p
    @MAOAsd-q6p 7 місяців тому

    faameelii wajjin kottaa?

  • @BiyansaOromo
    @BiyansaOromo 7 місяців тому

    Dr. baay'eema walbiraa bareeddu! Ijarraa isin yaa hambisu malee. ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @adugnatefari9275
    @adugnatefari9275 7 місяців тому

    Puush aappii yeroo buutu garaan yeroo ciistu gaafan lafa waraantamoo akkam waansaa?

  • @HundeeGalamsoo
    @HundeeGalamsoo 7 місяців тому

    Waw Hedduu Takka Namatti Tolttan Dhugaa Umrii Dheeradhaa Waliin

  • @sifaneliyas9181
    @sifaneliyas9181 7 місяців тому +1

    Hayyuun ulfaa tahuu ishee namni akka koo hubate eenyuudha like godhame😂

  • @G-hs8fy
    @G-hs8fy 3 місяці тому

    Dr eduu nattii toltaan waliiffii jiraadhaa!!!!❤

  • @MokeMAMO-wz9ho
    @MokeMAMO-wz9ho 7 місяців тому

    Maatii eebbifaamo baaye isiin jalaanna Dr.

  • @ShambalSinke
    @ShambalSinke 3 місяці тому

    Bayyee namtii toltuu waaqayyoo wolmnii Isnii haa jirchsuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @BurtukaanGalata
    @BurtukaanGalata 7 місяців тому +2

    Wow wow dhugaa eddu namatii toltu jaabadha siin jaalana🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @Nabeese
    @Nabeese 7 місяців тому +1

    Maashaa Allah maashaa Allah tabarakallah ❤❤❤❤❤❤❤wali irraa barreeduu ijaraa hafaa

  • @KelifaZenu
    @KelifaZenu 6 місяців тому

    Dr baay'ee siin jabaadha nuuf jiradhaa ❤❤❤❤❤

  • @Siinboonbedada
    @Siinboonbedada 7 місяців тому

    Dr dhugaa dubachuu bay.ee nattii toltuu waggaa kumaa jiradhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤mattii jalalala

  • @ኮኬትmyworld119
    @ኮኬትmyworld119 7 місяців тому +2

    Maati jalallaa baga nagaan dhuftan D/r wayee ispharrmii dhisii yeroo hunada shaagituu kana fiddii kotuu maloo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @UrjiiRegasa
    @UrjiiRegasa 7 місяців тому

    Waqaa calise isaan wajji kolfaa turre waaqayyoo umuri waliin sii Yaa dheerressuu ❤❤❤

  • @makiyaaintalaasikkoomaddoo5544
    @makiyaaintalaasikkoomaddoo5544 6 місяців тому

    Bayee issin jaldhaa dhugaa naa jiradhaa maati Gaarii❤❤🥰

  • @JasamAurmo
    @JasamAurmo 7 місяців тому

    Gaa'elaaf maal maaltu barbaachisa
    1ffaa Jaalala fi jibbaa
    Faayidaa fii miidhaa isa wajiin
    2ffaa barbaachisummaa
    gudisa ilmaanii
    3ffaa hoogansaa maatii
    4ffaa jireenya dhunfaa fi jireenya Hawwasummaa Kaniin irraa nuu fidaa koota
    Hawwaasni keenya gahee hojii isa beeke bahuu dhabaaf Wallaalaan jireenya ofii diigee hiyyumaaf jibbaan dhiibaa guddaa walirraan gahaara Galatoomaa ❤

  • @darartubekele9141
    @darartubekele9141 7 місяців тому

    Baayee namati toltu waqayyoo umrii dheraa waliin siin haa jirachisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @لللل-ع2ص
    @لللل-ع2ص 3 місяці тому

    Bayee babareduu. Wly ❤❤❤❤mashaa allah 🙏 ♥️ ❤️ 💖 💕

  • @NGNegashGemachu
    @NGNegashGemachu 7 місяців тому

    Dr. Akkata itti fayadama yeroo kessani kessuma haala tajajila ummata waliin

  • @SurayaaAman
    @SurayaaAman 7 місяців тому

    Horaa bulaa debinaa baay.ee bareeduu ❤️❤️umrii dheeraadhaa

  • @Drtolatadesse74
    @Drtolatadesse74 7 місяців тому

    Dr anii bayyeen sii jaladhaa haramaya university irra TOLA aniis akkumma kee tahuun jaladhaa

  • @kennarabbii2197
    @kennarabbii2197 7 місяців тому

    Dr kiyaa ketti jechun hafe me walitti qabdu kanan bodaa

  • @wabiidhaabaa7778
    @wabiidhaabaa7778 7 місяців тому

    Doctor dafee raafe,dafee ka'uu qaba ❤❤❤

  • @SeenaaKoo.youTube
    @SeenaaKoo.youTube 7 місяців тому

    Dr.akkamiti waa hirafata?a jirtuu nagaa hin daganee❤❤❤

  • @KayyooMedia-gd9df
    @KayyooMedia-gd9df 7 місяців тому

    ❤❤❤❤❤wajin sin haa balchuu bayyee namaa mararituu Eebbifamoo kenyaa nuf jiradhaa

  • @cphonetastic3994
    @cphonetastic3994 7 місяців тому

    ❤❤❤❤❤❤bayyee nama boharsa sagaantaan keessan jabadha itti nuuf fuufa❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @siifenhooma5898
    @siifenhooma5898 7 місяців тому

    Baay'ee bareedduu ❤❤❤❤❤baay'ees nu boohaarsitani galatooma❤

  • @almazgudeta940
    @almazgudeta940 7 місяців тому

    Bayeeeeeeeee waliraa bareduu waqayoo walf isiin haa jirachisuu doctor kenyaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @kiyateshomeeyu8811
    @kiyateshomeeyu8811 7 місяців тому

    Dr soretidhaf mashini bitifii kan ufataa 😉

  • @Seenna414
    @Seenna414 7 місяців тому

    Bayye namati tolltu ❤❤❤❤itti boharre jira wallin olla bulla baredduwan koo ❤❤❤❤❤

  • @JamilaAmeen
    @JamilaAmeen 10 днів тому

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉 woliin Harii filadhaa sanyiikoo ❤

  • @mariyama1289
    @mariyama1289 7 місяців тому +1

    praank nuuf hojadhaa❤️❤️🙏

  • @BayyaanBoksan
    @BayyaanBoksan 6 місяців тому

    Wow Umrii waliin Dheeradhaa❤❤❤

  • @ebabroadcast4729
    @ebabroadcast4729 7 місяців тому

    Ati garuu nama Addaadha Baayyee natti toltuu jabaadha🎉❤🎉

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 7 місяців тому +1

    Wayyoo ayuu anis dhugaa hiribaa bayyeeeee jaladha ❤❤❤❤🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @metiolkebeba4914
    @metiolkebeba4914 7 місяців тому

    carra oduu /hasawaa ayyuuf keenii .kun yaada jabadhaa maatii jalaala nuuf jiradha

  • @melaalaaAddunyaa
    @melaalaaAddunyaa 7 місяців тому

    Yeroo hundaa kotaa nu boorsame dhugaa hedduun namatti toltuu🥰🥰

  • @meseretchala5525
    @meseretchala5525 7 місяців тому +1

    Wow baayee bareduu ijaraa hafaa ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SamiraaShanqo
    @SamiraaShanqo 7 місяців тому

    ❤mucati baredu aragatee umrinile diqoo fakati ❤❤rabi wolini umari isini haa dheresuu❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @aashacook9266
    @aashacook9266 7 місяців тому

    Dr pirkii godhii mee gafaa tokoo rabbitii yadaa baredaa isatin

  • @abdishabaalee498
    @abdishabaalee498 7 місяців тому

    Dr attin baqaa doctor fayyaa qofa mitti! Bro wlh amazing
    Dhugamaan wal irraa bareedduu❤ bula horaa

  • @mrsha8808
    @mrsha8808 7 місяців тому

    😂❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉ni baaredu hoora buula dubaayi jiiradha.siin hoorodofa

  • @shumituchaka9090
    @shumituchaka9090 7 місяців тому

    Bayyee namaatii tolaa umurii dheeraa waliin isinaa jiraachiisuu❤❤❤❤❤❤

  • @JundiAbdela
    @JundiAbdela 5 місяців тому

    ❤ wow Doc baayyeen baayyee siif gammadeera.

  • @Abeelove
    @Abeelove 7 місяців тому +1

    Dr gaaffiin qaba UA-cam koo gaaf tokko mee hizbi Keenya kanaaf share gotaanii diinaakoo ❤❤hanna tube pin gootaankaa ammaakaa kiwu jechuun

    • @hanatu
      @hanatu 7 місяців тому

      😂

    • @Abeelove
      @Abeelove 7 місяців тому

      @@hanatu inaaffaa naqabeem dinaakoo ♥️

  • @Aydunga
    @Aydunga 7 місяців тому

    Maatii jaalalaa waaw das Nama jettu dhugaa itti fufaa hinbadinaas mo hiyyaadamtu ❤😍

  • @NagiGedadadi-x7u
    @NagiGedadadi-x7u 7 місяців тому

    Jabaadh itti fufaa ❤❤❤❤👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪👪💪🌹🌹🌹🌹💯💯💯

  • @Boontuu-v7c
    @Boontuu-v7c 7 місяців тому +2

    Quluqulluudha Dr keessii isaa

  • @Seenaatube-k3n
    @Seenaatube-k3n 7 місяців тому

    Waaqayyoo waaliin umuri dheeradha ❤❤❤❤❤

  • @masaramasara1595
    @masaramasara1595 7 місяців тому

    Bayyee namat toltuu jiradhaa umurii dheraa ❤❤❤❤

  • @Caaliisanyiidhiiraa
    @Caaliisanyiidhiiraa 7 місяців тому

    Bayye namatii tolaa nafii fii ayyantuu kenyaa waqayoo umurii kessaan 1000 isn ha jirachusuu ❤❤❤❤❤❤

  • @alimaadam1368
    @alimaadam1368 7 місяців тому

    Dr galaatomii
    Garuu ishee qophaatti gonkumaa midiya hin baniini wojjumaan kee irratti hojjadha
    J tanteetti maalii gootii kophaatti
    Dubartin akkaa dhiraa mitti boode rakkoo dha

  • @YoomiifBirhanu
    @YoomiifBirhanu 7 місяців тому

    dr.intala keessan ji'a tana giddutti buskutitti baaste gadhisteka kuno,of eegi garuu durbi nama xuuxxii

  • @LensaYosef
    @LensaYosef 7 місяців тому

    ❤Gaaffiin qaba, Ayyuun yeroo gaa'ila keessaniitti dhuguma umuriin ishee gaa'ilaaf ga'eeraa? Baay'een shakka❤

  • @lomishanbel5456
    @lomishanbel5456 7 місяців тому

    Umrii dheeraa walin jiraadha oromootaan koo 😍

  • @mamejamal401
    @mamejamal401 7 місяців тому

    Nice namatti tola jabaadha. Hamaaf hamtuu isinirraa haa qabu.

  • @helentasew5367
    @helentasew5367 7 місяців тому

    Congratulation she's pregnant🎉🎉🎉🎉

  • @taddalutashomaa
    @taddalutashomaa 7 місяців тому

    Doctor ayyuu bayyee namtii tolituu ittumaa nuf fufaa sin jalaana mattii kenyaa 💓❤️❣️💝💘♥️💓❤️❣️💝

  • @botin6076
    @botin6076 3 місяці тому

    Wow wow wow ❤❤❤akkam namati tolituuuu❤❤❤

  • @ilfuu4261
    @ilfuu4261 7 місяців тому

    Waalif jiraadhaa bayye namatii toltuu Dhugaa waqayyo Ebifaamaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💘💘💘💘💘💘💘💘💘💯💯💯

  • @AbayLema-tv3ju
    @AbayLema-tv3ju 7 місяців тому

    Bayee bareduu waaliin horaa bullaa lamii koo❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉