Masha alla baga rabbin naga si hikee habibtii❤❤dhiras dubras kan namaf kenuu rabbi obboleyyan hoji rabbi kessa hin galin ittin ansudhan obbolitti tiyya ayyan nasihaa sif dhamaa ati akkuma dette malif qillensa of nayxa baati tokko midia irra fagatte of kununsite jechu qaba turte inni lamata ijolle kessa soshaal media irra fagessa ummata debii kennuf yero kee hin gubii dhamsa obbolumati wanta mana keessan kessati tahu media irra hin fidina❤🙏
Hin fudhu hin boyin jecha namatif jecha fudha faxa isin kessa haa dhabbu jani buddaa hundahu ni hinafani ati mal badi qabda wan rabbin sif kenne dhalte
اولا ما شاء الله تبارك الله هذول البنات نعمه الله قولي الحمد لله اللي ناس يقولون طنشيهم هم مقهورين منك مقهورين الله يخلي لك عيالك بناتك ويحفظهم ما شاء الله بنات جميلات يجننون الله يحميهم من العين من الحاسدين من المعقدين عرفتي اجمل بنات في الدنيا اختي عندها ثمانيه وراء بعض جابتها ثمانيه عرفتي ثمانيه وراء بعض بعدين رزقها ولدي
Yaa ayyaan ani dura nama jabaa sii seeha warra rabbiin hin beeynettu akkana hasaha ati maa ooduu hooloota dhageetta suniin samuu hin qabaan inshaa allh rabbin morka isaanitiif dhiiraa 4 lakkuu si haa badhaasu inshaa allh waly salaata 5 keessatti duaiin sii hin dagadhu ayyu jabaadhuu ati bar nama cimaadha
Masha alla Masha alla Masha alla Masha alla Masha alla Masha alla rabbiin ijaa irraa sif ha qabuu babaredduu tana hedduu das na jettii ujollee n tee ummataa hinafa akana godha dhisii ❤❤❤ ani comment nama hin barreessu hadha barreessee
Ergamaan RABBI salallaahu Alayhi wasallam🌷 akkana jae
Namni dhalaa 2 karaa diin irratti gudise guyaa akiraa JANNATA seena jae ❤
Dubarti jachuun darajaa akanaa qabdi
Ati ummata kanaa wajin hin dubatin umu afnaan❤❤❤❤❤❤❤
Ayii garaa naa balesitee Ayaan tenyaa qalii namaa Allaahamdullillaaha jadhii ilmoo dhalaa fii dhiraa qabduu rabii kan namaf kenuu Rabii dhisii firaa umataa garaan isanii waan garii yanee warii yadaa Akasii sif baresuu dantaa isanitii hamilee tee sin capiin walahii itii bonii dubraa babaredaa kanaa rabii sif kenee mashaa Allaaha ❤
Sallallahu Aleyhi wasallam❤
Saallallaahu Alaleehi wassallam Saallallaahu Alaleehi wassallam
Saallallaahu Aleeyh waassallam saallallaahu Aleeyh waassallam 😢😢😢😢😢
Saallaalahu aleyhi wossaalami @@hdks432
Waan fadhe haa tahuu ilmoon niimaadhaa dhalaa taatu dhiira taatu maaltu isaaniin gahe ❤
Dhuga keti wly bro ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Obboletti ko jecha nama itti dhisi obbolesi ko ijolle durba 8tti rabbin kennef takka guyya tokko maf dubara na kenne jedhe in bekuu wallahi billah itti gamada anaf dhira caltii ijollen ko jedha gumachu gudda qaba ahamudililah ❤❤
Ummataa jahilaa wayyee rabbii hin beknee laltee ufii hin cinqiin Alhmdulillah jedhii Waan rabbii siif keene wollah ijolee babbareedu sanaa mitii osso bineessa tatees sii mitii kan garaa ufi godhee rabbii waan ta'eef ijolee tee rabbii siif haa guddisuu❤warraa jahilaa hojii rabbii kessa harkaa naqatuu Ummataa budaa kanaa dhisii irra hin hasayiin wollah rabbiin siif haa guddisuu bareedu koo masha Allah ❤❤❤❤❤
Mashaa allaah Ayyaan dhisii dubii nama hindhagahini ilmon ilmodhaa rabbiittuu namakenaa Allaahmdulillaa dubarttii qaqashtii san deessaa attuu wly mashaa allaah rabbii sifhaguddiisuubwly❤❤❤❤
Dhiraatii 10 kesaa dhiraa tokko qofaa qabnaa alhamdulillah amaa dubartiinii hunduu bultii kesaa jirtii anaa qofatuu biyya nama dhufee wly ❤❤❤❤
Atillee natti heerumikaa lubbuu❤😢
@@obsineettube biyya nama jiraa jedhee malee j hin qabuu hin jenee anii kadhimaa qabaa alhamdulillah
Ayyuu ummataa goowwaa kana waajjiin hin qaaqanj bareeduu tiyyaa masha allaah tabarakallah raabbiin ijoollee babareedduu tana sif keenee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Ani mashaa allaah jedhe
Lali Ayan tiyya Ergaman Rabbi Abban tokko dubara sadi 3 siritti gudise bikkan gahe Jannata senna jedhan Alhmdulilah Ijole fayaa gutuu qabdu babredu qabda Rabbin salihat, hafizat si ha tasisu waan beqatu jira ama biyya Kenna ijolen dhalatu kan Uma adda tate kan bakka fincani, bikka sagara bahun hin qabne jira yabbo Rabbi kessan sodadha Ayan hin bohin hin arin
Abshir galbii tiyya ati warra koomentii hin ilaalin ❤❤❤❤
Namni ilmoo durbaa rabbiin isaaf kenne Alhamdulillaah haa jedhu
Tan irraa isin fayyaddu rabbiitu beeka jedhe rabbiin
Masha allhaa rabbii keti Alhumdullaa jedhi rabbii ilmo fayyaa qabdu babaredu tani si kene nama meqa ilmo dhabe yada cinqata kanufi namu wani qabne ima hawa male tuni dalaga rabbit male tani namati miti ani oboleenya dhira 5 qaba. Dubara qabanu anis bulti ijaradhe jeni yaa rabbii duraba na keni jedhe oso hawu dhiraa argadhe Alhumdullaa hudinu ilmo gamachu qebale garu durba hawa ture sile rabbii wani atti hawitu si milkesu umata gowaa irraa lalini debi kenifi🎉❤❤❤❤
Ayuu hojii rabbiiti hin galin dhirisii durbisii kena rabbiiti ani moo duraba maan dhabee duhayi naf dodhi kenan dhowatan rabbiin tokicha ilaman alamidha wly 😢😢😢😢❤❤🎉🎉
Mali rako qaba wan rabbin nama kane dhalani wan fadhan haa hasawani ni inafani sharmuxa najisa hundahu jain
Isin haa fudhu jain
Kan ilmo dhabes gudduta
Subahanalah ☝️ malodhaa silaa namani mafi hojii rabbii kesaa galee wly umaa tiyaa amalee gana de aaa jirtii dubaraa 5 Wali rati nu desee ani hanigafadhaa Allhamdulilh wly umaa tiyaa hin gamadii malifi wani rabbii nama kenudhaa wly amalee rabbiin sifi haa latuu fayaa haa qabatuu malee hundumituu dhiris dubaris 1 madhaa Allhamdulilh jedhii ati❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Umu afinani Hin arini rabbiidhaa kani sifi gudisaa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ ❤ ❤
Baga rabbi siif kenne ammas siif haa dabalu durbartiin nama aqlii qabu birtti sadarkaa guddaa qabdi.
Koomentii nama gowwaa laaltee maa aarta.
Ana osoo rabbiin kiyya intala 10 naaf kennee dhiira 2 bichaa naaf kennee ni fedha .
Dhiira ammaa hawwanii sanuu parsantii 100/90 qafoo duwwaa dhiirti amma .
Baga rabbi isiniif kenne mabruuk alfa Mabruub ❤❤❤❤❤❤❤❤
Ka harree hin qabnetu farda namaa tuffata jette oromoon
Yoona ka intala hin qabnetu intala jedhee odeessa. Ummata mataa hin qabne.
In jiruu
Masha alla baga rabbin naga si hikee habibtii❤❤dhiras dubras kan namaf kenuu rabbi obboleyyan hoji rabbi kessa hin galin ittin ansudhan obbolitti tiyya ayyan nasihaa sif dhamaa ati akkuma dette malif qillensa of nayxa baati tokko midia irra fagatte of kununsite jechu qaba turte inni lamata ijolle kessa soshaal media irra fagessa ummata debii kennuf yero kee hin gubii dhamsa obbolumati wanta mana keessan kessati tahu media irra hin fidina❤🙏
Kennaan rabbii qanyii hin qabdu Ayyan Rabbiin siif ha guddisuu ❤
Rabbiin Umrii dheertuu isiinif ha kennuu ijjolee kessani wajjiin
Dubartiin kenna waan hunda caaluu dhisi ta nama irraa lalini Ayyuu tenyaa
Bagaa dhaltee atii mashallaa maburukii bagaa rabbii sifii kenee umii tiyaa dubaraa ykn dhalaa12 destee dhumaa iratii dhiraa tokoo detee Allhamdulilha jedhii dhalii atii oduu fi aduu yeroo namaa gubdii wan tefii❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Gobaas ❤❤baaga qodeef
Umma tiyyaale dubara 6 fi dhiira 1 deese alhamdullillahii ❤❤❤❤
Hin fudhu hin boyin jecha namatif jecha fudha faxa isin kessa haa dhabbu jani buddaa hundahu ni hinafani ati mal badi qabda wan rabbin sif kenne dhalte
Allhamdulilahii Allhamdulilahii jedhii kaa limoo dhabee meqtuu jiraa 😢😢😢😢😢😢
Ayanii tiyaaa wanii naminii jedhuu hinii caqasinii oboletii tiyaa ilmonii ilimodhaa rabituu kenaa kanafuuu namaa meqatuuu ilimoo dhabee rakataa kanafuuu alahamiduuu lilahiii jedhiii rabinii nidanidayaa walitiii qabeee ilmooo dhiraa 5 sifiii yakedhuuu jaabadhauuuuuu❤❤❤❤❤❤
Maashaa Allaah baga rabbin sifi keen ijollee tee waalin rabbin umrii isaan haa dheresuu 🥰🥰❤️🥰❤️🥰❤️🥰❤️🥰
Qissa woyii namichii tokoo Arabaa dubartii malee rabbi hin keninefii
Bodaa osomaa dhiraa Aragchufii dhalaa bay'ee fudhee rabbi karaa dubattii 56 Kenefii Bodaa dalagaa rabbi tayuu bekee ijolee isaa gudisee Amma cinaa herumisisee jiraa subahan Allaah 🤗🥰 dubartin fayee
Atti maliif bochaa ilmoo rabbii nama kena dhira fi dhala Lee nimadha anii nama akkassa ja'u sanirra siitii muffadhee wly 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😊
Ummi tiyya ummata kana hin dhagayin ijolee baredu tana qabda alhm jedhi rabbi si haa gudisu❤❤❤❤❤
Ws Wr Wb Akkasitti hin Yadini Lubuu Wora Qalbi Isani Qubni dhaqqabuu Fanas hin Yadini hin Arini Wollahi Oboletiin Tiyyaa Durbaa 5 Woliti Ansitee Dettee Allhamdulillaah Jedhiin Anafis Duayii godhii Akka Rabbiin dhirra 3 fi durba 2 Bakka Takka Naaf Kenuu Wolahi❤ Anis Duayii Siifi Godhaa❤ Akka Rabbiin dhirra 3 Bakka Takkatti Siif Kenuu❤❤Wollaahi❤❤🎉🎉
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Mashallaha Rabbiin Namaa jalatuuf dubartii lataa bagàa rabbiin siif keenee Rabbiin siinf haa guddisuu matii jalalaa❤
Abshiir Ayuu too qalii dhirafii dhalas rabumatu namaf kena ijolee tee hudu Rabiin siif haa gudisuu habibtii too qalii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💕💕💕💕💕💕💝💝💝💝💝😍😍😍😍😍
😢😢😢 Ayan allhamdulilahii jedhii habibtii anii uman tiyaa dubraa shan 5 bodaa dhiraa dhaltee allhamdulilahii jedhii habibtii 😢😢😢😢❤❤❤❤ Rabin sif haa kenuu
Ummaa tiyaa dubaraa 6
Dettee obbolessa garaa koti hin qabuu dubartiin dhiraa caltii yo Diinii Rabbii Gudiisaan😢😢😢
Habitii atii jechaa nama hin lalaini😢
Kenaa Rabbiitii maali Rabbiitu naa Kenaa dhiiras Dubartis
Ayaan lubbu tiiya umata kafare walii hin kafarin dhisii walii ilmale ni argata inshaalaa abshiir❤❤❤❤❤❤❤❤
Alhamdulillah Alhamdulillah Alhamdulillah dhugaa keeti wly rabbi siif haguddisuu qaaliko❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Rabbi kiyaa imoo dhiraa lakku 5nii si haa badhasuu wolyii ijoollee tee babareduu mashallah tabarakaa ❤❤❤❤❤ baga dhalatee
dhugaa ketii❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Kuni kenaa Rabbitti allhaadullh jedhiini ayaan tena umaata mataa demee wajiin hin qaqanii Lubbuu too ♥ ❤ ❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
السلام عليكم يا ايام كيفك
اولا ما شاء الله تبارك الله هذول البنات نعمه الله قولي الحمد لله اللي ناس يقولون طنشيهم هم مقهورين منك مقهورين الله يخلي لك عيالك بناتك ويحفظهم ما شاء الله بنات جميلات يجننون الله يحميهم من العين من الحاسدين من المعقدين عرفتي اجمل بنات في الدنيا اختي عندها ثمانيه وراء بعض جابتها ثمانيه عرفتي ثمانيه وراء بعض بعدين رزقها ولدي
الناس ما يفرحون لك شو ما جبتي جبتي ولد جبتي بنات ما شاء الله تبارك الله اهم شيء صح والعافيه وبناتك احلى بنات في الدنيا الله يحميهم ويحفظهم
ilmoon ilmodhaa dhira tae dubara tae Rabi nama kena maltu isin galche waruma komanti kana wan jetan in bektani Mal rakatan wae bulti nama
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayyu to qalii dhisii umata horii kana wajjin hin rakkatin habibtii rabbi sif ga gudisuu ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤🎉🎉🎉🎉
Baga rabbii sif kenee ayuu ko rabbii sif ha gudisuu ❤❤❤❤❤jecha namatif ido kenini 🎉🎉🎉ilma nama jala bahani taa rabbii tu callaa rabbii keti irkkadhu dhirsa dabale sif ha kenuu lubbu ko abban ofii godhatu jiiru
Yaa ayyaan ani dura nama jabaa sii seeha warra rabbiin hin beeynettu akkana hasaha ati maa ooduu hooloota dhageetta suniin samuu hin qabaan inshaa allh rabbin morka isaanitiif dhiiraa 4 lakkuu si haa badhaasu inshaa allh waly salaata 5 keessatti duaiin sii hin dagadhu ayyu jabaadhuu ati bar nama cimaadha
Mashaa allah habibittii ilmon dhiraa dhalaa hin qabduu kenaa rabiittii rabiin bakan sif ha gahuu ❤❤
Alhahdulilih ji mee Ayan masha allah yo dubartii taa bishaan fakatuu tanaa rabbin sii badhasee habiti rabbii keetif galata galchii Waly Safwan yo tabiiraa fudhee isatuu umata dhira ❤❤❤❤❤
Alhamdulillaah jedhi rabbiin ilmoo fayyaa gutuu qabduu siif kenee imaata mujirimaa kaana hin dhagayinii mashallaa mashallaa Imani babaredu taana rabbi siif Keene ❤❤❤❤❤🎉 umaata inaaftu tana dhiisi ❤❤.
Ijjoollee tee Rabbii siif haa guddisuu ❤❤❤❤❤umrii keeysaan Rabbii haa dheerreysuu hamtuu isiin irraa haa qabuu Adawii teeysan hundaa rabbii dhabamaa haa taysisuu 😢😢❤❤❤❤❤❤❤
Rabbii siif haa guddisuu❤❤
Jechaa nama dhiisi ijoollee tee guddifadhu
Habibit tiyya wolahi mashalaa dubara dhaluuni kabajaa malee waan nama xiqeesu miti habibiti rabbi ijolee tee sii guddisuu❤❤❤❤❤❤
Waari. Hin erumne komati hin baaresina sababin isas dhalte dhabde hin beektu dhiraafi dhaala miti Ayaan rabbi sif haa guuddisuu❤❤❤❤❤❤
dhugaa ketii mashaa allah mashaa allah Anuu afuur qabaa rabii siif haa gudisuu4❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dubarti rabbi sii haa gudisu alhadulilah dhedhii Kan ilam dhabe meqaa bagah argate Woh Kan aka dubarti hin jiruu bagh rabiin nagh sii hikee Rabii sii ken alhadulilah jedhii gamafi insha'Allah dhirasi hin argata hin dhaqada ❤❤❤🎉🎉
Wallaahii hatii kiiyah 7 diese atii sadii jeetee in ariini🎉🎉🎉🎉masha Allah Rabbii sifii haguudii suu❤❤
Bagaa dhalte ayuu tiyaa tanawu meqa dhabe rabbi isaati buyu jira tanama kesa bahi tufadhu siiyu hin gahan haye habti tiya❤❤❤❤
Mashaaa mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa bagaa gaamaadee waalaaayii nimaa rabitii amaasi daabaalee siihaa keenuu ishaalaa❤❤😢
Dhiisiii ati ayyani lubbuu tiyyaa ❤❤❤❤ rabbii sii haa guddisuu ilmaan keessaan ❤❤❤❤❤❤
Subhanallaa yaa rabbi kiyaa 😢😢😢 ayyaani kanafi jetee hin hoiini waayyii kollfàani biraa darabadhuu😢 waani rabbi keessa Bahaa pls ❤ ❤
Rabbii siif haa guddissuu waan rabbii dubattiin risqii guddaa qabdii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Aswrwb ayyani tenaa miraa keessaa bahii ilmooni qabenyaa guddadhaa badhasaa raabitii ilmo nama fayyaa qabachuu qoftii gahadhaa alhamduliyi jedhii dhiraafi dhalaa tokumaa 🙏🙏🙏 kaa ilmo dhabee meqa kamtuu jiraa
Abshir jecha nama ofiraa dhisi habibiti Masha Allah baga Rabiiin siif kene wly sister koo dubara 5 woliti anisite desea hojii Rabiti hin Galina yaa umata🎉❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
Kaa namaa keenuu rabbii alahamdulilaahi kenaa rabbii keesaa hin seeninaa yaa umataa ❤😢😢
Ayyaan obbolleeti tiyyaa qalii atii diis umaat komeet jalaa hin demiin atii abbaa feet calaat ❤❤❤❤❤❤❤❤ umaat komeet Rabbii soddaad boruu irraa gafataatu taan bekaa😢😢😢😢😢😢 Rabbii issiin haa qajechuu innishaa allaah
itti him mee, umataa samuun dhuffe saninn. FKN wlh ijoolee dubbra argachun biyyaa Europa kessatti namin hundi kaa hawwen❤❤❤ kan maatti ofi kununisttu ijolee dhalatti❤❤❤
Subahan Allah Hojii Rabii Keessa ma Galaa Namni Abo Rabiin Dabalee Sif Ha Kennu Hadhoo ko Abshiir Ayyan Sitii in Dhaga,amin Namni Tokko tokkoo Akkuma Argee Asaa Bultii Nama keesaa Ba,a Addara Rabii Sodadha meqaa Ilmo Dhabbee Rakkata jiira Durbaa didee Dhiira kadhachaa jiira mo malumma tatan ya umataa kenyaa😢
Ayii yaa Ayanii dhalaa tanaa dhabee meqaa kamtuu boyaa jiraa dhisii jechaa ilmaa namaa hin dhagayin wly alhamdulilaa jedhii ilmoo qamaa gutuu qabduu rabbi sifii kentii shakarii
Baga gammadde Ayyaan teenya ilmoon qananiidha lachuutuu rabbiitu namaa kenna
Bara rabbiin sigammachiise
❤❤❤ mashallah mashallah mashallah Raabbin Sii Hagudisuu Namni keena wanyodha midiyara Fidiin ilmaan tee Raabbin Baka gudaan siin Hagayuu Abshir botataa hin keenenif Anu Ilmoo hagafa italaa Argadhe Alhamdulilah. Kaa bodas Rabbuma bekaa kena Raabbi itti shakarudha Alhamdulilah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Mashaala rabiin siif Haa gudisuu habibtii tiyaa namaaf bakka hin keniinikunii hinafadhaa
Alhamdulillah dubrabareda rabbin sifkeenee dhisii umataa qulfii kanaaf jetee qaĺbiin siicapiin 😊😊😊😊😊
Baga rabiin sii kene rabiin siif haa gudisu ❤❤❤hojii rabii keessa hin galin yaa umata mata qulfi wora dhabe itti dhisi ❤❤❤❤alahamdullilahi jedhi habibiti koo ❤❤❤baga dese kana rabii ❤❤
Sila waan fedhan dhaluu abbatuu godhataa yaa ummata kana subhanallah rabbi isin haa qajeelchu 😢😢😢😢😢
Masha allah ayan rabbin keysati sii ha dhisu qali ware nama hin dhagahin wly 🎉❤❤🎉
Ayaan tiyyaa baga rabbiin nagahan sii hikee qalii tiyyaa Kaan ummataa gowaa kana ufiraa dhisii ummataa mataa qulfii kana wojjiin hin argin qalii tiyyaa rabbiin ijaa hamtuu issin irraa haa qabu inshallah ❤❤❤❤
allahamdulilah ayu qali dhisi wahe nama taa rabiittu calla dhaba qofatu hamadha hatti dhala hadha sirretti bar hatti dhirra hundi dikeerra jirti jahiin habibti
Masha allah tabbarakallah rabbi bagan sihaa gahuu anu ilmoo 3 dhalaa garaa Alhamdulillah gamachun qaba wallahi wani dubartii calaa hin jiruu wlh Alhamdulillah jee
Abshir ayyuu tiyya rabbiin dhiira Shan walitti ansee siif haa kennu siifi safwaan
Walaahi jechaa namaa irra kayaatii haa qalii too walahii kunii hojii rabiitii oboleetin tiyya durbaa 8 detee 9ffa dhiraa detee walahii kunii hojii rabiitii amma garuu ijoolee ufiiti boqaatee jirtii hojii gutuu dubraa isiituu gargaraa tetee salaataa ufii salaatufi qur'aana ufii qaraati mashaa alaa ilmoo dhiraas tatee durbaas tatuu ne'maa rabiitii rabii sii haa gudisuu❤
Ergaan Rabbii صل الله عليه وسلم akkan jadhaan namni dubaati lama akkata Rabbiin jaalattu irra gudise waa milkawe jadhan kanafuu isiin jirenyaa kessan jiradha ummani kenyaa egaa jiru nama jirachuu egalan turani ❤❤❤ilmaan kee dubarti irra caaltu siif haagodhu atu duruu jabduudha jabaadhu habiibtii
Soddaa taana insha allah aniis ilmaa qaba ❤❤
Wl. As. Wb. Raabbii naamaa keenaa hin yaadiinni obbolleetii teehee. Rabbii wannii fiyi namaa keennee jeechaa naama hin dhaagaayaanni Rabbii keetiifi Gaallataa gallichii Allaahaamdullih
Ilmon inmadha allhmdulil jaii dhira fi durba hin qabdu ijole tetile midiya kanara qusadhu
Abshruu qali too rabbin umrii isin haa dheereesuu damma tiyyaa ❤❤❤❤ jechaa nama dhisii
Miskinakoo abshiir rabbi har'a dubara siif kenne boorillee dhiira siif kenna dabartiinis ilmoodha wollahi sanayyu dhabee Kan boyu meeqatu jira ilmaankee babareedduu kana of jalatti ilaala boocha jecha namaatiif rabbii yeroo dhihotti ilmallee siif hakennu bareedduukoo ❤❤
Ilmoon ke ilmoo kotii namaa maaltuu galchee ijoolee babareduu sanii Rabbiin si badhaasee warriii sii qequu osoo 1 hin dhalin dhalaa fixatanii dhiisii atii lubbuu ❤❤
Yaa Ayan taa namaa itii dhisii ilman kee ilman fadaa rabin sif haa godhuu❤❤❤
Alhamdulillah jedhii ati kan nama dhiisi hojii rabbii kessa kan shenan maal jechuudha rabbiin sif haa gudisuu hayaati❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Masha alla Masha alla Masha alla Masha alla Masha alla Masha alla rabbiin ijaa irraa sif ha qabuu babaredduu tana hedduu das na jettii ujollee n tee ummataa hinafa akana godha dhisii
❤❤❤ ani comment nama hin barreessu hadha barreessee
Ya baredu ko Atii odu nama dhiisii ijolle ke namii sifii gudiisu Rabii sii gudiisu Abiishrii
Maasha allah Ilmoo rabbiitu namaaf kanna ayuu tiyya tanaahu nama dhabee kadhatuutu jira jechoota kanaaf bakka kannitee aartaa ati
Abshiiri oktii tiyyaa ilmii namaa wani hasayyuu hin dhabuu❤❤❤❤Mashaallaa Mashaallaa kani ilmoo dhabee meqaa kami wolahi Alhmdullilaahi jedhii namni nii sobaa obolettii tiyyaa dubartii 4 wollii biraa Detee namin huddii fudhii yeeroo hunddaa dubartimaa dettii jedhani Mashaallaa boodaa ilmaani 2 lakkuu argatee jettee namaa ofii iraa dhissi ijoollee tee babaredduu tannaa rabbi sifi haa gudissuu Ayyaan bareedduu tiyyaa ❤❤❤❤
amshirii yaa barduu tiyaa rabii durbaa sikeneetuu dhiraa si kenaa ishaaa alaahaa ❤❤❤❤❤❤
Abshir habibiti namni akkanumatti hojii rabbi keessa gala ni'ibaa rabbin tola oleef walaale obboleti tiyya takka maatin abbaa manaa ishii rakkisani durba afur desse fuudhifudhuu uuuuu jedhani balaa busani maashaalla dhiira lamas waliti ansitee deesse garuma durba qabutu dhiiras qaba hayyati❤
Abbishr habibiti kani sanu hin qabanee jiraa alhamhulillah jedhii yaa Ayan dubarti waariqidhaa meqaa boyaa jiraa alhamhulillah Jeedhii ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Dhugaa keedh jete kaan nama kenuu Rabbii alamtii alh oboletii tiyaa shamara sade8 Desee osoo dhiraa taka itii makkamin garuu dhumaa irraa dhiraa sadii3 argte kenaa Rabbii kana nama 10 mash Allaah Abshir qaalii tiyaa bga Rabbii si hike ❤❤❤
Rabbiin akka fedhee dalagaa hojii isaa waan ta'eefi maatin koo anan 2ffaa irraa na argataani hangaafiti koo durbaa sababaa ani lamaffaa duraa ta'eefi abbaa kiyyaa harmee kiyyaa deessee guyyaa 3tti mana ari'ee na jibbee warraa conment dhisii sin jechuu barbadeeti anaa boodaa immoo dhiraa 2 argataani har'aa garuu maatin kiyyaa ijoollee isani keessaa w/y anaa qofaati gamachuu qabaan kanaf jechaa nama dhisii kan nama hin geenyeetu naman waa jedhaa rabbiin si yaa guddisuu inshaalaa bismilaah🙏😚😚😚😚
Abshiri galii namaa bagaa nagan dese durbii badhasaa Rabitii Rabii sifi hagudisuu insha'Allah masaa arfafaratii dhiraa desaa insha'Allah
Waan fedhe yoo ta,e ilmo dhala tattee dhiira tattee ilmodhuma Argaachun gahadha rabbii ilmo fayyaa guttu qabdu siif kennu gahadha Alhamdullillah jedhii
Wanii guudoon ilmo faayyaaqabdu argachuukeetiit gamadiii allaahmduuliilah jedhiii❤❤❤❤❤❤❤❤
Subahanallah subahanallah abshir ukhti insha Allah Rabbiin isini haguddisu Masha Allah
Rabbiin kaa hin hin qabneef haa kanuu ilmon nimadhaa dhala fi dhiraa hin filatuu
Kanuhu kaha qaben meqaa jira Alhamdulillah wanin ilmo fayya qabdu rabbin isini haa kanu abshire jabadhu
Rabbiin itti siif haa dabalu baga rabbiin nagaadhan si hiike ❤oduu namaatiif bakka hin kennin
Hadhokoo hin bohiin jechaa namafii jetee waqayoo siif kenaa amasii dhiiraa ayuuyee❤❤❤❤❤❤❤ qalii
Alhamdulillah Alhamdulillah jedhii Rabbii ,💯 sifii haa kenuu ayani oddoo isani dhisii ijiolee tee gudifadhuu kanii akasii jedhuu sunini udani malee ilimo dhalani bekanii
Abshir habibti❤ dhiiraas durbas kan nama kennu Rabbi abban ufii godhatu. Ati Alhmdulillah jedhii warra akkana jedhu Rabbi rahmata ha godhufi
Garaa dubraa qabutuu dhiraa qabaa jedha oromon hin caqasin wan namiidubatuu garbitini sigudatii abbaaf hadha bulfatii madhaa hidahatii mashallah jabadhi madhani dhiraa inshallah
Allhhamduilh jedhii kaan ilmoo
dhabee meqtuu jiraa kun Hoji Rabbii ti dubarti warqi dha ❤
Dhugaa keeti gabii tiyyaa rabbii sifii hagudisuu ayaniyee sitii hin gadinii gamdi❤❤❤