❤❤❤❤ati namumaa nama jaldhuu malee sahbaa kali wali sahibin barnaa guddnaa nama hin fetuu walhii ani sahibaa hedduu qaba turee ani bultii ijrani nama hedduu dinaa nati tahee😢💔😭😭😭
Ws wr wb abshiri rozi ati yeron hunda akka ijoole badiya hin tani ati jabdudha kulani kana argite siri taphati mali akkuma ijoole boya olta gari miti ati bari masoo bayye qabda amma achi hin boyin namni sitti kola ok yoo balese dhifama ani waa bayee si jaladhu si gorsa jira ok❤❤❤
Roziye nama bakka sii qabu atis bakka ladhuf 😢 Nama si kabaje kabaji kan si jalate jaladhu Kan si kabajne kabajuu seeri kamu siiin ajajuu😊 Garuu ani isin lameenu nan jaladhaa Ta’us kessati Arsiitima tiyya tan warra shafillaa ofitti ansaa❤😊 Ani Dinqisiffatu keeti sirkarra 🥰si arguuf heddu hawwi qaba garuu karaa ittin si arguun wolale male
Raoziye barduu ko rabbif jechaa si jaldha umurii dheraa rabiin jarsa ke walin sif ha kenu habibtii ko❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhisiin rozaa dhifamas hingafattin ergaa didee malgottaa ❤❤ akakettii nama hinmaddaalliin namnii akakee Garaa lafuu dhaabuu mallaa Roziiko❤😢😢😢
Itti debisii bilbilii isiinile waan sii artefi sii quxifati malee jibbaa kee hin qabduu namni wol jalatuu woluma mufataa homaa miti homaa hundaati hin arinii hayati tiyaa ❤
Rozee I LOVE you ❤️❤️❤️❤️
Walhayii shamaranii sikoo mandoo tunii garanii kenaa bishanii ququluu barii galatomii rozayee ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤
😮@@MidhulRaj-z6u
Us kijibdaa 😂😂 kulee habibtii ❤❤intala wara harargee ❤❤
@@g7rte863 😝😝😝😝😝😝
Hasayii ya ishee hasoo akaa damaa minyauu ya ishee amalii onee ofii gamachiftuu atii qalii tiyaa guyumaa si Baruu onee tiyyaa sentee atii dhuga rabii anii baye baye si jaladhaa giftikoo ❤❤❤❤
Waalhii atii namaa misikinaa jechotaa isinii badaa bayee dubatee dhisitee jechaa garii tokofii itii gamadee namaa akaa ketii hin jiruu waalhii mashaallaa heduu sii jaladhaa rabinii sii haa gamichisuu waalhii rozaa ❤❤❤❤❤❤❤
Hiriyann walitis numaa mufatii wal jabefadhaa isaa darbee dhisaa qanidhaa yaroo dhertuu walin dabarsitanii❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉😅 osoo waltaatani bareeda
Roza ko ati dhuga miskinaa wly hedu gara nama nyata wly🥺😭
Rozii Atii namati hamaa hin yadiin malee namni yoo hamaa sitii yadee iraa hin kayatii ❤❤kulanile rabiin jiduu kesani sheyxanaa walitii isiin busuu isiniraa haa qabuu
R❤❤❤❤❤Mashllaaaa qaali tiyyaa ❤❤❤❤❤❤Mashllaaaa ❤❤❤❤Mashllaaaa ❤❤❤❤Mashllaaaa ❤❤❤Mashllaaaa
Abshir qali tiyaa ❤❤❤
Yuuu warii UA-cam kunii ajjaandama barbadaani malif sih jibbiina Rabbii fii jechaa sih jalaana walli tuqina kullanilen😢🎉🎉🎉
garaa lafuttu tenya heddu sijaladha❤❤❤ homa miti rabbif i jecha dhisifi❤❤❤❤
Roza rabbiiin sii qabee naf debisii debbii tiya attii rozuma durrii mall tatte siirri hin jirtu heddu hin jarjarriin uktii obsa qabadhu durran nama obsa waa hunda qabun si sehe mal tatte garru jirrun adunya obsa fettii gelle samu tee maa rakkirre namanii daddafe arru dafe dulloma dhukuba gargarra qaba namnii hunddii sii tufatta obsa qabadhu barreddu too intalla kabaja❤❤❤
Roziyee abshirii okee rabbii isiin haa lafisuu qalii tiyaa okee
Wallaah bay'ee sijaladhaa
Isaan obbolleewwaan fakkattuu ❤❤❤❤ Rabbiin woliti isanni haa deebisuu
Rozaa baredaa tiyyaa Abshiir rabbii Akkaa garraa ketii sii hin dhabina❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
😢😢❤❤❤❤❤roziyyee miskinaa too
❤❤❤❤Roziyee too miskiina too hin aarin
intalti ati bultii ijaarannaan hinaaffaa qabdi hin beeksiftii!!
Razayee dhifamaa Lee naf godhii malif kadhata abbatuu off kabachisa itti dhisii waan hundaa siratii hin hasayinii lubu
Irraa gorii baqa isin sii sobaa jirti malee dhugaa mitii Gara kee barter tii tiyam
Abshir qalii tiyyaa rabbin irraa sihaa jiratuu humaa yaadin abba mana kee walin umrii sihaa dhereysuu❤❤❤❤❤❤❤ ati kara ketii firraa fixee rabbin isin gafata gana itti dhisii
Roziye. Bayen sijaladha dhuga. Amala qabetiko. Utu L,k ke naergite nati tola❤❤❤❤
Uuuuf nashidaa sani yero silki isi wammu imimaanittuu naa qabe rabbi woli isin haa debbisuu 😢😢
Abshar Rabbiin Weltii Isanharsuu❤❤❤😢😢
❤❤❤❤ati namumaa nama jaldhuu malee sahbaa kali wali sahibin barnaa guddnaa nama hin fetuu walhii ani sahibaa hedduu qaba turee ani bultii ijrani nama hedduu dinaa nati tahee😢💔😭😭😭
Roziyee baayee beytudhaa atii namaa garidhaa Walhi maashaa rabbin beytuu sii sii godhaa ❤❤❤❤❤❤❤
Ashiri habiti tiya oma miti rabbi walliti sin haddebisu Isha halla😢😢
Kkk.roziyee anis.rabif jecha sii jaladha.hasayii rako hin qabuu ❤❤❤
ABshirii miskintiitii tiyyaa Rabbiin.bakka hundaa siifi Haa bu.uu hin dhipatinii 😢😢Abshirii
Rabbiin Hiriyaa Rabbiin jalatuu taanRabbfi jeecha sii jalatuu sii Haa wofaaquuuu❤❤❤❤❤❤
Roziye baredu tiyya abshir hiriyaa tiyya 5 biyyarra waliin dhufnee asiitti isii qaba jedhee abdadhu ani herumaa jananii natti qayaramate waanii anii tanne naraa goote anii bodanii 😢 allhmdllh bayyer qalbii na cabiste akka oboletti kiyya lala ture amma hiriyya hin jirtuu😢
Rozii miskinaa too Rabii woliti isinii haa arasuuu❤❤❤❤
Buskutii tiyaa bayee sii jaladha anii gamachunii kee kiyaa damaa tiyaa ❤❤❤❤❤❤
Roziyee bareedu koo bayee si jalaadha yene qonjo amaarifa qaqii mee natti tolta wlh hin kolfaa ❤❤❤❤❤❤
Roziyee ko waan hundaa calaa obsii barbachisaa rabbi lee Nama obsuu jalataa wanatii rabbin Nama isaratii obsee waan gudaa argaa garuu yero hundaa nibosaa nigaditaa tanan rabbin mokorosaa Seraa hin dhabuu abshir lubuu ko atii waan simudatee hundaa Rabbi eratii sabarii tolee roziyee rabbi jarasakee walin maatii ketii walin umurii dheradhuu❤❤❤
Amshir miskinaa too atii qulqulluudhaa wolyii
Dhifama wolini jedhaa rabbini iseni iraa ha jalatuu mashallaa bayee namati tollaa amali le wly
Abshirii lubbuu too hiryaa akkantii hinafuu irraa fagadhuu funduraa kettifii garii mitii kophaa kee jirachu woyaa hiryaa fakesituu wojjin jirachuu iraa abshir ❤❤❤sittii dhagayaminii lubbuu
Waa'aleeykumasalam warahamatullahi wabarakatuu yaa oboleti tiyaa roziyee Abshiruu mamiyee to❤❤❤❤❤❤❤❤ yoo Rabbini jedhee inumaa walini araginaa insha'Allah
R🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ yero atı botuu anu hin boha jiraa esaa silaalu dadhabe jiraa walahi 😢😢😢
Ufirra itti dhisii hni kadhatini roziyee qalii❤️❤️❤️❤️❤️
𝗵𝗮 𝗸𝗮𝗱𝗵𝗮𝘁𝘁𝘂 😢𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗳𝗮 𝗱𝗵𝗶𝘀𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗲𝗻𝗻𝗲 😊
Roza Anilen Amala Aka keti qaba walihi ilmn tiyalen Akanumati naradute Anilen 😢😢😢😢
As wr wb akam ngy abshir rab kaa shafiya sif haa godhu❤❤❤❤❤😢😢😢
Wl wr wb akam ngy abshir rozaye ilimo rab kaa shafiya sif haa godhu❤❤❤❤❤❤
Ani basi waan bir hin jedhuu heduu si jaaladha umri dheertuu ❤❤❤R
Dhugaa anillen hiriyaa kootin walloolle yeroo dawwaluuf akkas taha dhugaa wal jaalattuu walitti deebihaa😢
Abshirii homa rakko hin qabu baga bilbilteefii R❤ kulaan atis maalif araraamuuf didee garuu siif rozaan heddu wali jalaatani
Isiin lachuu jibba wali hiin qabdan amshiri amma fixxatani InshaAllah
Abshir baredduu koo roziyyee lubbiyyee koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaallah mashaalla nulee si jalanaa bareduu tenaa❤❤❤❤❤❤
Ani bayen si jaladha Anilen Akuma ketiti ilmon sababa digu danafa godhadhe ilmon dadura tude Obsi Anu numan Obse b😢😢😢
Abshiirii😢
❤❤❤❤❤❤😢😢Amshir ❤❤❤❤❤namaani walii jalaatuu hasidaa hin dhabuu
Ws wr wb abshiri rozi ati yeron hunda akka ijoole badiya hin tani ati jabdudha kulani kana argite siri taphati mali akkuma ijoole boya olta gari miti ati bari masoo bayye qabda amma achi hin boyin namni sitti kola ok yoo balese dhifama ani waa bayee si jaladhu si gorsa jira ok❤❤❤
𝗜𝗷𝗷𝗼𝗹𝗲𝗻 𝗯𝗮𝗱𝗶𝘆𝗮 𝗵𝗮𝗻𝗾𝗶𝗻𝗮 𝗺𝗮𝗹𝗶 𝗾𝗮𝗯𝗱𝗶 𝘄𝗹𝗵 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶 𝗯𝗶𝗿𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗸𝗮𝗳𝘁𝗶 𝗳𝗮𝗸𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗶𝗹𝗺𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗮
𝗜𝗷𝗷𝗼𝗹𝗲𝗻 𝗯𝗮𝗱𝗶𝘆𝗮 𝗵𝗮𝗻𝗾𝗶𝗻𝗮 𝗺𝗮𝗹𝗶 𝗾𝗮𝗯𝗱𝗶 𝘄𝗹𝗵 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶 𝗯𝗶𝗿𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗸𝗮𝗳𝘁𝗶 𝗳𝗮𝗸𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗶𝗹𝗺𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗮
Rozii ijoleen video Kee mumurtee TikTok irraatii sii arbsaa jiruu waan iccitii keetii UA-cam irrattii hin himatiin Ati hintala namusaa qabduu
Kuni qara dirma dema birki nura dhisa 😊😢
❤❤❤❤rabbi bakka jirtutii si walin ha jiratuu
Rozaa Anii wolyii Anii bayee sii jaladhaa turee garuu Amaa bayee sii jibee malii Atii kaa namaa sii fenee iratii bibitee sirati cutufii
Amma is in waan ishin oddesitu kana dhuguma seetaanii namnii kijibu garii mitti kijibaa dhisa warra pirkii kana rabbii sodadha
Wlwrwb baga jirate
Hundafuu rabbii siifi kullee waliitii isin ha debisu bayee isiin jaladha Araara buusa❤ R💌K
Ws wr wb Rabbin Waliti isin yaa Ararsu Obbollewan koo hedu walin. Isn jaladha❤❤❤❤
Rozaa bareduu koo ❤❤❤❤ baay'ee sii jaladhas
Pirakii nu gocha jirtani kuni dhugaa miti akka imama cabe fi bonnii wali gotuu isiniis wali gochuu jirtani Magarajaa dubanii isini tokko❤😂
Abshir Sistuu tiyya
Wolahii anile akuma ke sagale nama kaye yokanii nama dawale yo naratii cufanii heduu ara roza ❤❤❤😂😂
Mashaalla mashaalla tabarakalaa rozaa tenaa galatimii
Rozaa to dhisii baqqaa wa,ee isii atis rabbiin mana kee kessati nagaha sitti ha ta,uu
Rabbin isiniif haa fixu lubbu tiyya baqqa dhisi video irrati hin hojjatini dhisi lamu❤
Rozaa obsa qabaadhuu Raftee tahutu malaa ykn Isinis rifattee taha tasgabiftee siif bilbiltii tasgabiin eegi dhiifama jettee bilbiluu keetiif sitti hindhagahamin Keessi kee Raahaa argataa
Roziyyee plsi lskofsaa kee naaf ergii🥹🥹
Dhengada sii arabsen ture attii karaa sirrii jirtaa dhiifama naaf godhi.
Roziyee abshiri rabin si bira haa jirtatu nati bate boyti tana wanuma xiqo si bochisa❤
Rozaa nidarbaa hudduu obsi ❤❤❤❤❤❤
Roziye nama bakka sii qabu atis bakka ladhuf 😢
Nama si kabaje kabaji kan si jalate jaladhu
Kan si kabajne kabajuu seeri kamu siiin ajajuu😊
Garuu ani isin lameenu nan jaladhaa
Ta’us kessati Arsiitima tiyya tan warra shafillaa ofitti ansaa❤😊
Ani Dinqisiffatu keeti sirkarra 🥰si arguuf heddu hawwi qaba garuu karaa ittin si arguun wolale male
Dhisii lubbuu Roozaa hin aariin
Baqqaa dhisi wahee ishee❤maaf bilbila namarratti cufti tuni😢
Roza ati namaa bakka hin keninii lubiyee ❤❤❤❤
Anii jibbaa rozaa qabu garuu warrii pirkii dalagu hundii dawatotaa irraat dalagan maaliif akkas tehe
Aypad ijoleen itti xabatuuun mudii nu qabata nu garsiifta ree hhhhhh ay roozaaa siraaa dhiyaatu edaaan
Rooza tiyyaa qaali baayyee sii jaldhaa umrii dheeradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rooziyee qashi koo bagaa nagaa dhufite fixatani❤❤❤❤😂😂
Watakaa sif himaa rozaa dhimaa namaa jalaa hafii jirenyaa ke itii fufii hiriyaa maare dhisii ufiraa kesafuu hiriyaa amaa hinaftuudha itii dhisii maaltuu si gubee
Miskin wly Anillee Aknumatti boyyaa😢😢
Rozayeee walayi Ani sifi isileni hibeku garu kasule hini balesine garu baye isini ajibe hinafama male homu hijiru bari malifi Adani hafatani yoodura??!!! Kabela tuni yoduratu Akasumati sidhifate dhisi hedi garu Ati misikina sababa komati nama himate rakohini qabu wanuma jiru himate baga dhifatefi Amaboda wani isi hini dubatini Yooati wanuma fete gadhite hilala hini dubatini❤❤❤❤❤❤❤❤
Rooziyeeee ❤❤❤ bagaa bilbiltee hin ariin bilbiluu ketitii nutillee akkanatii sii hubannaa namni boyuu namaa qalbii isaa fayya qabduu bagaa botee hin ariin waan namatii toluu vidioon bilbiluu ketii atii Rabbiif jechaa dhifamaa isiif gotee Rabbiin badiitee hundaa siif haa dhisuu hin ariin qofxan jedhee jiraadhuu zakrii bayisiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Roziyyee bota silki sirati cufte kanatu naa arsa jete hini kolfe abshiri ❤❤
Miskinaa rozii akumaa koo imimani ijaa isii maraa yoo yani isii hin tayii wly anilee akumaa kee kana gara lafaa yosuu boyaa 😢😢😢😅
As wr wb akkamii jiirituu hin jajariin wan huudafuu roozaa oke wan tooko jajaruun miishaa miitii obosaa babaciisaa❤❤
😂😂😂😂atii Maa sodataa 😂😂😂 eee miskina waallah jedhee babbaan keenyaa
Anuu hedduu naa araasa turttee yeroo hundaa ni botaa dabessa debessa ta'uuni garii mitti ijollee sikko maddoo harifaa gowwaa gowwaa ta'uuni amaala kenna mitti sirefaadhuu ok
Amshiri Lubbuu tiyyaa Roziyyee too ❤❤❤❤❤❤❤
Abshiir ama arii fixxatee sii bilbilitti insha Allaah hin ariin hayyaati roziyee❤❤🎉🎉.
buskutii tiyaa bayee sii jaallaadha ❤❤❤❤
Hayatii tiyaa qalii roza to qalii ♥️♥️♥️♥️♥️
😅😅😅😅😅 ❤❤❤❤ jabadhaa rabbin hamtuu isin eduu haa fageesuu
Ofifii nama garii tahun ishii qashtiikoo ❤❤❤❤❤
Sa wr wb roziye garu malif kameti hin debisene❤❤❤
Mafii sii coffee Ree qaraa midiyaa iratii araramanaa umataa afotii jedhaa hin turee
Italaa Akawootii fayaletii dhaa Akawotuu gudisee😅❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
It's ok don't worry you will get thawab from Allah don't regret be positive ❤❤❤
As wr wb roza mashall atii nam gari dhaa hini ciqaminii Mali siraa hidhifitie. Kanafii jetee miraa kesa hini galinaa
Mashalaa tibarakalaa roza tenaa❤❤❤❤❤❤❤
Abshiri qali nama 😢😢😢😢😢❤❤❤❤
Ws Wr Wb Kolfi Tapadhuu malle hin Arini R ko❤😢 Rabbiifi Jechaa Sii Jaladhaa Bareduu ko❤😢