Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Ilmoon Dhiiraa fii durbaas Rabbii nama kena Rabbii kan fadhe dhiira qofa kenaa kan fedhee durba qofa kenaa kenaan kan fedhe Lachuutuu. Dhoorkatee masheen godha Allhamdulillaah jedhii tanuma Akkaataa Rabbiin jaalalatuti guddifadhu habiibatii dhiiraas ni arkataa Ilmoo filuun Ammoo Aadaa Warra Rabbii beekneetii 😢Dubartiin Qaaliidhaa.❤
MashaallahMashaallaahMashaallaah❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa gamadaan Bagaa rabbin nagahan sihahikuu❤❤❤❤ hijolee kee Lee rabbin bakkan sihagehee❤❤❤
Mashalaha mashalaha ❤❤mashalaha Rabbin siif haa guddisuu ❤❤
Mash mashaalh tabarakkala mashaalha tabarakkala
Dhuga 😢😢😢😢😢😢
Mashaallah Mashaallah Mashaallah tabarakallah rabbiin dabaaleelle sii haa keennuu ilmoo fayyaa qabduu rabbiin sii keennuu keetiitti galaata rabbiifi galfaadhu jechaa namaafi bakkaa hin keniin garaan intaala qabuu ilmoo dhiiraasi isuumaatu bataa rabbiin ijaa hamtuu irraa sii haa qabuu inshaallah,❤❤❤
Baga waaqayyoo nagaadhan si hiike sanyii ofii 🙏🙏❤❤😍😍🥰🥰🥰oduu namaf iddoo hin laatiin lubbuu ofii haati tiyyaa durbaa shan booda dhiiraa lama desse rabbiin yeroo barbadetti waan barbaade namaaf laata hin ariifatin ishii.
Hatii tiyalee durbaa4 bodaa dhiraa argatee
Mashallah rabbii bakkaa gudfanii siif haa gayuu ilmaa dhirarree rabbii yeroo gababbattii sii haa badhasuu❤❤❤❤❤❤❤
Garuu atii durale haadha garii tute amma lee jabadhu karaa rabbi tii raatii gudifadhu rabbi nii sadii nu sii hagudiisu isha Allah
Rabbiin ofitti mufayiisin waan innii siif kennee hundaa qeebaluu qabda gurbaalle isumatu siif kenna abshiir ummu afnaan❤❤❤
Woow ani bayy'ee durubaa jalladhaa dhugaa baga rabii sii keene 🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin kama durba namaaf Kennett dhiiraa namaaf keenna garaan kama durbaa baatee tu dhiiraas baataa Alhamdulillaah jedhi Rabbiin lakkuu lakkuu si badhaasa inshaa allaah. Warqiidhan tanaa biraan sila Waayyuu hin kajeelano garuu lubbuu teenna tu sabrii hin qabdu malee siif kennan Rabbiin harkii arjaadha. hin ariifatin akka ati hiffattutti siif keennaa inshaa allaah
Midiyaraa qusadhuu ilmaan kee rabbin siif haa guddisuu ❤❤❤
Yaa ayani ilmoni dhirafi dubara hin qabadu Rabin sifi haa gudisu ilama atti fetus Rabin sifi haa kenu😢❤❤❤❤❤
Maashaa allaah rabbii umrii dheertuu fayyaa guutuu isiniif haa kennu🥰🥰🥰 Haadhaa durbaa tahuun Gammachuudha. Wanni guddaan ilmoo namaaf keennu ilmoo fayyaa qabduu ta barakaa isiniif haa godhuu. Ammas lakkuu lakkuu siif haa kennu ilma dhiiraa hawwittes rabbiin dharraa si haa baasuu anaaf du'aayi naaf godhaa akka rabbiin sadarkaa kanaan na gahuuf ani wanni guddaan Haadha Bultii gaarii tahuuf Abbaa Manaa gaarii argachuudha si haa milkeessuu Naan jedhi. Haadha ilmaan gaarii Aayyaan Wly hedduun isin jaaladha Obsa qabeessa akka Abbaan manaa kee atis dubartii jabduu dha fakkeenya nuuf taataan. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayan habibtii silaa dhugaa dete edaa duraa ani wan pirnk nu godaa jirtuu she ani mashaa alhaa bagaa rabbiin nagayan si hikee ❤❤❤
Mashaa Allaah Tabarkaa Allaah Rabbii sin haa guddisuu ❤❤❤ Rabbidhuma dubara kenutu dhiras Kenna Rabbii sif haa kennu inshaa Allaah
Wallaah ayan siifi shammaraan teetiifi abbaa mana keetiis hedduu is isini jaladhaa❤❤❤❤❤❤❤❤Rabbiif jechaa anaa caalaa rabbii isinii haa jalatuu inshallaah
Mashaa allaah mashaa allaah rabbiin isiini Haa guddisuu dhiraas ta.ee dhalaas ta.ee yaa ummuu afnaan tiyyaa shukrii rabbii galchii hedduun nama olmoo tanaa dhabee kaan boyaa jiruu nama heddudhaa wly alhamdulilaah jedhimee qalii tiyyaa ya ummuu afnaan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amshir umuu afanani ilama nama waan nama jedhu hin dhabbu dhisii rabbii siif haa gudisu qaalii teenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maasha Allah rabbin siif haa guddisuu Ayyan obsen hoo maali sii biratti hiin agarree ngyumaafii❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbii sif agudiisuu kan namaa kenuu Rabbii attii ofii ketii hin umanee uduu namaf bakkaa hin keniin ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤Rabbii dhiras sif kenaa Rabbii
Mashaalla Allaah ❤️ ilmoo baru gamachudha Rabbi sif ha kennu dhiras Abshiri
Masha allah tabarakallah waantii guddaani nagaya hiikaachuu dha ummata marraattuu kana hin dhagayani ati Ayyuu bareeduu😍😍😍😍😍😍
Mashaa Allaah rabbiin sii haa gudisu ilmoon hunduu takamaa waan rabbiin nama kennee Alhmdulilaah jedhii anii ijolee dubara lama qaba akuma atii jette gafaa lamata dahuu dhiraa egaa ture garu rabbiin waan ofii jalate nama kenna Alhmdulilaah hunduu rahaa qalbitii Abshirii dhirris nii dhufa
ماشاء الله تبارك الله ماشاء الله تبارك الله الف مبروك
Maashaa allaah Rabbin siif haa guddisuu Dhiraas Rabbiin siif haa kennu obboleettii ❤
Waraa dalagaa raabbii keessaa senuu kanaa debii hin keninif Ayyan habibtii😢❤❤
Wa'aleeykumussalaam worahmatullaahi wobarakaatuh maashaa'allaah baga rabbiin si gammachiise dubra teessan rabbi isiniif haa guddisu anis akkasuma Dubra 7 wajjin dhaladhee dhiira 1qabna suni shafi'aa ta'e Harmeentoo hedduu sabrii dhabdee turtee akkuma san deebitee ilma dhiiraa hin deenyee kanaafuu Alhamdulillaahi jechuun kee gaariidha jabaadhu rabbi siif haa kenny dhiiras
Masha a Allha rabbiin sifi haa gudisuu amalee dabalee sifi haa latuu insha aaAllah guribanis hin dhufaa rabbiin umuri kesani nu faa dheresuu fayaa sifi haa latuu malee amaa rabbiin sifi latee dhali rabidhaa kani nama gudisuu bodee moo jarumarati haraa galifataa rabbiin dadabalee sifi haa latuu wg aridhaa moo yoo rabbiini jedhee ilmaa dhufaa insha aaAllah ❤️ 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰
Mashaa Allah Bagaa rabbii ngy sii hikee dhiras ni argaata inshaa Allah Abshiir Taara itti Annttuu lakkuu dhiraa rabbii siif keennuu❤❤❤
MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah Rabbin isinif haa gudissu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maasha'Allaah rabbini siifii haa gudis dubara ilmaani dhiira caalitu isiinifii haa taasisu Wollaahi ilmaani dhiirasi waalira waliraa isiinifii inshaallaah
Mabruuuuuk alfa Mabruuuuuuuuuuuuuuk Habiibatii wollaah hunduu ni'imaa daangaa hin qabneedha❤😢😢😢 oduu namaa dhiisii rabbii keetiif galata galchi warri maal dhalte siin jedhu san warra ni'imaa rabbii hin beekneedha.Nama meeqatu kanaa dhabee booha😢 Ani marraa sadi(3) argee dhabe wollaah keessi koo hedduu madaadha asumaan namni comment koo argitan rabbiif jecha du'aayii naaf godhaa😢Rabbiin siif haa laaffisu hayaati abshiir
Rabin sii haa gamachisuu inshallah
Abshir lubbuu koo ❤❤❤❤
Rabbiin Ilmo baraka sif haa kennu Abshir😢
Rabbiin sif haa gudisu Jecha namatif bakka hin kenini Kan Ilmo dhabe waga meqafa boarutu jira❤😢
آميييييييييييييين اللهم آميييييييييييييين يا رب العالمين
MashaAllah baga gamadee rabbiin siif haa gudiisuuti kaan namaf kenuu rabbiidha nutti haadhi kiyyaa durba 5 waal irraa dessee dhirraa 1 dessee achii bodaa durba lama nuuf dabalte Alhamduuliila fayyidaa irraa caala kaan Abbaa fii haadha ofiitiif yaaduu durbaa rabbii siif haa gudiisuu bakkaan siif haa gahuuti rabbiin imoo kaa dhirraa siifhaa keenutti hafsaan maqaa bareedudha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa 🎉❤
Maashalla ❤Rabbi ilmaan keessan isinif ha guddisu kan dhiiras rabbi isin ha razzaqu
Abshiir ayyuu tiyya harmeen koo dubartii 6 fi dhiira lama dhumarra nuuf deessee❤❤
Waan feeteyyu dahi Rabbiin Siif haa guddisu keenna Rabbiitii, Ni'ma Rabbiin nama keennutti Gammadduudha, dhiiraf durbas kani nama kennu Kalqa tokkicha,Rabbiin ilmoi fayya Qabdu nama kennuun Ni'ma Guddadha❤ alhamdulillah👌
Abshiirii qaalii too hojii rabbii tii girbaas ni argataa❤
Maasha Allah tabarakallaah Baga rabbiin nagaha sii hiikee Yaa ummu Afnan teenya❤Rabbiin sii haa guddisuu ilmalee rabbiin siif Kenna inshallah Abshiir jecha nama irraa hin kayyaatiin❤🎉🎉
Masha Allah Masha Allah Masha Allah Allah Allah Allah Allah Allah Allah Masha Allah Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Bar durba kana sadan yoo ishen karaa rabbii jalattuu iraati gudifatee angaa isan erumaniti walay janataa keesati mana ijaaratee ❤❤❤
Rabbin sif haa guddisu inshallah habibti kan dhabee rabbi ofiitii woywayatu meqatu jira qalii namaa❤ mashallah family qaqqali ijarra nuuf hafaa❤
Abshrii uman tiyaa dubara sadedt dese ama obolesaa toko nuf dese🎉🎉🎉🎉🎉
Masha allah Rabbii siif haa guddisu hammile sii cabiin namni wan jedhu hin dhaqu ijole tee waraqiin wly masha allah tabarkallah❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Layaan basiif akkaa Wal fakatuuf isaan sadenuu ayaan tiyaa namnii ilmaan dubraa sadii Kara rabitiraatii gudisee Janata senaa ja,emii hadisnii rabbii alhmdulilah jeedhii lubuu tiyaa rabbiin ilmaan dhiraa lakkuu lakkuun sif kannaa sabrii rabbiin sabrii namatii lala wan taheef maqa layaan basiif ok nibaredaa maqaan kun❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ sin jaladhaa bareeduu tiyaa
Galtoma
Bagaa nagaan sii hikee rabbiin siif haa guddisuu bareedu koo osso sareeyyuu tatee kan namaafi kenuu rabbii. Rabbiin daddabalee siif haa kenuu masha Allah ❤❤❤❤
Icc ummataa wan jedhuu hin lalanef debii hin kenin Ayyanee habibtii ilman kee babaredaa kanaa sif haa gudisuu ❤
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah dasaa namaa jataa qalii Rabbin sif haa dhisuu Ilman dinni fi Duniyaa sif haa godhuu
Bagaa nagaan deesseeDhifaama garuu nannoo keenyatti dhaaltee kana jedhamu Loonii malee namni hin jedhamu.Oromoo asumaani maatii naaf tahaa❤
Nu biraa harargeeti dhaltee ja'ama
😂😂😂
Ani yeroo isin Dhaalee jettu ni Salfadhaa.😂😂😂marafuu Baga Rabbii Nagayaa isii hiikee ilmoo Ayyaa Abaa jettuu siif haa godhuuf❤
Rabbiiin sif haa keennuu ilmaa dhiraas🎉inshaa Allah ❤
Anis walirati dahee baay'ee naa rakifte wallah
Alhamdulillaah jedhii❤
Rabbin bakka nagaan siifhaguddisuuWallahii .osoo 10 argattee itti gabbing ilmaan tee babbareedduu❤❤❤❤Mashaa Allah tabarakalaa Mashaa Allah tabarakalaa Mashaa rabbiinsiifhaguddisuu akkasumaa dhiralee rabbiin siifhaakeenu yaa matii jalalaa
Ana duraa lale wari ayyan jaalatan lakki godha❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Mashaa Allah rabbin ijaa hamtuu iraa siif yaa qabuu ijolee babareduu tanaa ❤❤❤
Inni guddaan ilmoon nagaa waqayyo siif kenedhaa❤❤Waqayyoo ammas ilma dhiraa lakkuu siif haa kenuu❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤ mashaala Allahumma tabarakala 🥰💯🥰💯🥰💯🥰
Ayuuu too Baga Rabin nagan si ikee kan dhalate sif ya gudatuu dhiris in dhufaa in shalaa ayuu❤
Rabbii sif hagudiisu Ayyan mashaaallah mashaaallah mashaaallah mashaaallah ❤❤❤❤❤❤
Mashalaha habibti tiyya rabbin sif haa gudisuu 🥰🙏🏾🙏🏾
Mashaa Allah mashaa Allah wly itti gamadii akkaa ja'ibatii ❤️❤️❤️💓
Maasha alaah rabbii siifaa guudiisuu wollahii wagga wagganii da.ii ilaama kee bayyee baredii ummu Afaanani❤❤❤❤❤❤❤
bagaa nagadhan deesse ayyuu rabbiin siif haa guddisuu rabbiin dubara nama kennuun ni'ima guddaadha ilmaa dhiras rabbiin siif haa kennuu ni argaata insha allah abshiir❤
Mashaahalah rabbi siraa haa fudhuu maradhaa jedhamaa shukaraa kurii dhugii❤❤
Masha'Allaah masha'Allah jabduu koo baga gammaddan baga rabbii nagayan si hiike rabbii siif haa guddisu bakkaan siif haa gahu dhiira lama lakkuu bakka takkatti siif haa kennu abshiir ujoollee babbareeddu qabdu masha'Allah tabarakallaah 😍 ❤🎉
Mashaa Allaah tabarakalaa🎉🎉rabin sif hagudisu hundinu kenaa rabiti durbis dhiris kenadha ❤❤❤❤rabin erati umuri si hadheresu
Maashaa allah 😊 ilmoon dubartii fi dhiira hin qabdu gurballee rabbiin siif haa kennu مبروك الف مبروك ❤❤❤❤❤❤Wallaahi ummaan tiyyayyuu dubartii saddeet (8)deesse dhiira immoo afur(4) deesse alhamdulillah rabbiin nama bakka gahu haa godhuufi ❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashalla tarallhu rabbi keenii gudaa ishallha❤❤🎉🎉🎉
Masha allah rabbin bakkan sif hagahuuu ilman qacela hafizu quran sif hagodhu insha allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha alha tabbarakala rabbii siif haa gudisu qaalii tiyya umuu afanani rabbii sii haa fayisu ijoole tee ijii hamatu rabbii irraa siif haa qabu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maasha'Allaah ❤Baga nagayaan Rabbiin si hiike
Mashaa Allah tabaraa kallahaa bagaa rabbiin nagahan sii hikee Ayyan rabbiin siif haa gudisu inshallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ dhirallee rabbii sii kenaa oduu namatiif bakaa hin kenin
Masha Allah❤ abshir insha Allah Rabbi dhiiras sif kenna kunu kenna homanu hin madalamne Alhmdulillah jedha
Congratulations Ayyuu 🎉🎉🎉Wallahii ilmon fayya gutun rabbii nama keennuun gamachudha dhuga atii gana dhira miqa rabbii siha kennu ❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashallah tabarakallah baga Raabin sif kene ilmoo Nimaadha durbis dhiriis kena Raabi tii ❤❤❤❤❤❤
Mashaallaah rabbii sii Haa gudissuu shamarani baredudhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jechaa nama hin lalinnii kaa sii kenuu rabbii dhiralee ammaa argataa
Mashaa allaah Rabbiin si ha gudisuu ilman babareduu Rabbiin siif kenee❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah TabarakaAllah waaliin umurii dha ❤❤❤🎉
Alumdullahii gaalanii kaa Raabiitii baagaa ilomoo faayaa qaabadufi atii naghaani nufi hikamatee wlh inlamasii nufii deesaa ayuu teenyaa qaalii tiyaa ❤❤❤❤❤❤
Bagaa rabbi sigamachisee Allahamdullhi jedhii dubartinii rasqidhaa ma'am tiyaa wallhi inii gudanii atifii ilmonii tee nagaa tayudhaa rabbi inmoo shanii woliraa sihabadhasuu amshirii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Maashaa aallaa rabbiin bagahan sihiike rabbiin kaara keyrii irraatii siif hagudisuu❤❤❤❤❤❤
Wwwwwwww mashalaa tabaraakalaa allh ❤❤❤jabadhuu bagaa rabbii sii badhasee❤❤❤
mashaaAllah ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉bagaa nagahaan hikee dhiraa fi dhalaa ossoo tanee ilmomaa argaachuunuu siif gahaa mashaallah mabruuk❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Masha allh ilmaan babareeda kana rabbin sif keenne dhadhalii dhiras ni arkkata inshaa allh rabbin sif haa keennu
Masha Allah baga rabbi nagahan sii hikee issinu ilmaa
Mashaa Allaah bagaa rabbini sii hike nagayani kenna rabbiti alhamduliaah jedhii❤❤❤
Masha Allah ijraa hafaa Ayanee tiyaa❤1❤ Walahii anii heduun sihordofaa Heduun sii Jaladhaa rabbiin na Olitii sii haa Jalatuu Ilmaan kee rabbii siif haa gudiisuu 2 Gurubaa diin rabbii siif haa kenuu rabbiin nii qabaa Walahii😢😢😢
Mashaallah bagaa rabbin nagahan sii hikee ummu Afnan wallaah mashallaah ilmoon niimaa guddadha dhiraaf dhalanis bashasa rabbiti garaa dhalaa qabuu dhiraas qabaa Abshiin rabbin sif haa kennu harmeen koo durbaa 5 bodaa dhiroota dachan argatee Alh jedhi boruu rabbin sii kenna❤❤❤
Maashaa allaa rabbiin siif haa guddisuu dhiirallee rabbitu harkaa qabaa rabbiin kennasaa keessaa siif haa kennu inshaa allaaa🎉🎉🎉
Mashallaah mashallaah mashallaah tabarakallaah bagaa rabbii nagahaan sii hikee umuu afnaan tiyyaa inshallaah shammaran barakaa qabdu taa dinni rabbii irraattii guddatu siif haa tatuu inshallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Afnaan &Nihaal🎉🎉🎉❤❤❤
Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Alhamdulilah jedhi walahi dhiras taee dhalan hadiya rabbii isiniif kene
Mashaa Allah tabarkalaa rabbiin siif haa gudisuu ishaa Allah ❤❤❤❤
Masha Allah raabbii sif haa guudiisu bakaan sifi haa gaahu
Mashallah ayuu Baga gammade wlh dhugaa keetii bayyee ulfta ilmo yoo wolii irati dhalani aniis wolii irati dhalee bayye rakadhe Ture amma na gudatan alhamduliallah mashallah rabiin ilmo baraka siif haa godhuu ilma dhiras rabiin lakkuu bakka taka sii kene sii haa gammachisuu inshallah ❤❤❤❤
Masha Allah Tabarakallah rabbiin siif haa guddissuu Anuu shamarran lamaa qabaa sadaffaa waan da,uu hin bekuu yaa rabbi waan ofii jalatuu naaf kennii ❤
Maa shaa allaah 🎉🎉🎉 Rabbiin siif haa giddisu my sister
Maasha Allah Rabbin bakkan sif haa gahuu ilmaan din sif haa godhu ukti tiyyaa qallii ❤❤
Ws wr wb maashaa Allaah maashaa Allaah tabarakalaa rabbiin si haa gudisuu ❤❤❤🎉🎉🎉
Mashaa allah Ayuu tiyaa rabbiin bakkan siif haa ga uu
Yaa Ayuu ilmon dhirafi dhala hin qabdu hudu badhasa Rabitin beki !! Ati wan Rabin shamaran sif kanuf maliti beta ati mee abshir gurbas kan Safwan fakatu sif ha Kanu Rabi ni dadaya 🎉❤❤
Inshallah rabbin lakku lakkun isin haa keenu! Dubra argachun wlh ni’ima guddodha sababa jara janata rabbin nama keena
Mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa irraa calatuu ilamoo raabbii sii keenee alamaddililaa ❤❤❤
Bagaa rabbiin ngyn sii hikee wlyi ilmoon dhira dhalaa hin qabduu masha alhaa jolee babareduu rabbiin sif kenee alh wlyi rabbiin bakaan sii haa gahuu jabduu dubartii jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashallah rabbin sii ha guddisu anis dhira sadi argadhe afraf intala argadhe atis afrafan dhiraa inshallah
Maasha Allaah Maasha Allaah Maasha Allaah Maasha Allaah Maasha Allaah Raabbii siihaagudisu
Ilmoon Dhiiraa fii durbaas Rabbii nama kena Rabbii kan fadhe dhiira qofa kenaa kan fedhee durba qofa kenaa kenaan kan fedhe Lachuutuu. Dhoorkatee masheen godha Allhamdulillaah jedhii tanuma Akkaataa Rabbiin jaalalatuti guddifadhu habiibatii dhiiraas ni arkataa Ilmoo filuun Ammoo Aadaa Warra Rabbii beekneetii 😢Dubartiin Qaaliidhaa.❤
Mashaallah
Mashaallaah
Mashaallaah❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa gamadaan Bagaa rabbin nagahan sihahikuu❤❤❤❤ hijolee kee Lee rabbin bakkan sihagehee❤❤❤
Mashalaha mashalaha ❤❤mashalaha Rabbin siif haa guddisuu ❤❤
Mash mashaalh tabarakkala mashaalha tabarakkala
Dhuga 😢😢😢😢😢😢
Mashaallah Mashaallah Mashaallah tabarakallah rabbiin dabaaleelle sii haa keennuu ilmoo fayyaa qabduu rabbiin sii keennuu keetiitti galaata rabbiifi galfaadhu jechaa namaafi bakkaa hin keniin garaan intaala qabuu ilmoo dhiiraasi isuumaatu bataa rabbiin ijaa hamtuu irraa sii haa qabuu inshaallah,❤❤❤
Baga waaqayyoo nagaadhan si hiike sanyii ofii 🙏🙏❤❤😍😍🥰🥰🥰oduu namaf iddoo hin laatiin lubbuu ofii haati tiyyaa durbaa shan booda dhiiraa lama desse rabbiin yeroo barbadetti waan barbaade namaaf laata hin ariifatin ishii.
Hatii tiyalee durbaa4 bodaa dhiraa argatee
Mashallah rabbii bakkaa gudfanii siif haa gayuu ilmaa dhirarree rabbii yeroo gababbattii sii haa badhasuu❤❤❤❤❤❤❤
Garuu atii durale haadha garii tute amma lee jabadhu karaa rabbi tii raatii gudifadhu rabbi nii sadii nu sii hagudiisu isha Allah
Rabbiin ofitti mufayiisin waan innii siif kennee hundaa qeebaluu qabda gurbaalle isumatu siif kenna abshiir ummu afnaan❤❤❤
Woow ani bayy'ee durubaa jalladhaa dhugaa baga rabii sii keene 🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin kama durba namaaf Kennett dhiiraa namaaf keenna garaan kama durbaa baatee tu dhiiraas baataa Alhamdulillaah jedhi Rabbiin lakkuu lakkuu si badhaasa inshaa allaah. Warqiidhan tanaa biraan sila Waayyuu hin kajeelano garuu lubbuu teenna tu sabrii hin qabdu malee siif kennan Rabbiin harkii arjaadha. hin ariifatin akka ati hiffattutti siif keennaa inshaa allaah
Midiyaraa qusadhuu ilmaan kee rabbin siif haa guddisuu ❤❤❤
Yaa ayani ilmoni dhirafi dubara hin qabadu Rabin sifi haa gudisu ilama atti fetus Rabin sifi haa kenu😢❤❤❤❤❤
Maashaa allaah rabbii umrii dheertuu fayyaa guutuu isiniif haa kennu🥰🥰🥰 Haadhaa durbaa tahuun Gammachuudha. Wanni guddaan ilmoo namaaf keennu ilmoo fayyaa qabduu ta barakaa isiniif haa godhuu. Ammas lakkuu lakkuu siif haa kennu ilma dhiiraa hawwittes rabbiin dharraa si haa baasuu anaaf du'aayi naaf godhaa akka rabbiin sadarkaa kanaan na gahuuf ani wanni guddaan Haadha Bultii gaarii tahuuf Abbaa Manaa gaarii argachuudha si haa milkeessuu Naan jedhi. Haadha ilmaan gaarii Aayyaan Wly hedduun isin jaaladha Obsa qabeessa akka Abbaan manaa kee atis dubartii jabduu dha fakkeenya nuuf taataan. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayan habibtii silaa dhugaa dete edaa duraa ani wan pirnk nu godaa jirtuu she ani mashaa alhaa bagaa rabbiin nagayan si hikee ❤❤❤
Mashaa Allaah Tabarkaa Allaah Rabbii sin haa guddisuu ❤❤❤ Rabbidhuma dubara kenutu dhiras Kenna Rabbii sif haa kennu inshaa Allaah
Wallaah ayan siifi shammaraan teetiifi abbaa mana keetiis hedduu is isini jaladhaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiif jechaa anaa caalaa rabbii isinii haa jalatuu inshallaah
Mashaa allaah mashaa allaah rabbiin isiini Haa guddisuu dhiraas ta.ee dhalaas ta.ee yaa ummuu afnaan tiyyaa shukrii rabbii galchii hedduun nama olmoo tanaa dhabee kaan boyaa jiruu nama heddudhaa wly alhamdulilaah jedhimee qalii tiyyaa ya ummuu afnaan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amshir umuu afanani ilama nama waan nama jedhu hin dhabbu dhisii rabbii siif haa gudisu qaalii teenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maasha Allah rabbin siif haa guddisuu Ayyan obsen hoo maali sii biratti hiin agarree ngyumaafii❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbii sif agudiisuu kan namaa kenuu Rabbii attii ofii ketii hin umanee uduu namaf bakkaa hin keniin ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤Rabbii dhiras sif kenaa Rabbii
Mashaalla Allaah ❤️ ilmoo baru gamachudha Rabbi sif ha kennu dhiras Abshiri
Masha allah tabarakallah waantii guddaani nagaya hiikaachuu dha ummata marraattuu kana hin dhagayani ati Ayyuu bareeduu😍😍😍😍😍😍
Mashaa Allaah rabbiin sii haa gudisu ilmoon hunduu takamaa waan rabbiin nama kennee Alhmdulilaah jedhii anii ijolee dubara lama qaba akuma atii jette gafaa lamata dahuu dhiraa egaa ture garu rabbiin waan ofii jalate nama kenna Alhmdulilaah hunduu rahaa qalbitii Abshirii dhirris nii dhufa
ماشاء الله تبارك الله ماشاء الله تبارك الله الف مبروك
Maashaa allaah
Rabbin siif haa guddisuu
Dhiraas Rabbiin siif haa kennu obboleettii ❤
Waraa dalagaa raabbii keessaa senuu kanaa debii hin keninif Ayyan habibtii😢❤❤
Wa'aleeykumussalaam worahmatullaahi wobarakaatuh maashaa'allaah baga rabbiin si gammachiise dubra teessan rabbi isiniif haa guddisu anis akkasuma Dubra 7 wajjin dhaladhee dhiira 1qabna suni shafi'aa ta'e Harmeentoo hedduu sabrii dhabdee turtee akkuma san deebitee ilma dhiiraa hin deenyee kanaafuu Alhamdulillaahi jechuun kee gaariidha jabaadhu rabbi siif haa kenny dhiiras
Masha a Allha rabbiin sifi haa gudisuu amalee dabalee sifi haa latuu insha aaAllah guribanis hin dhufaa rabbiin umuri kesani nu faa dheresuu fayaa sifi haa latuu malee amaa rabbiin sifi latee dhali rabidhaa kani nama gudisuu bodee moo jarumarati haraa galifataa rabbiin dadabalee sifi haa latuu wg aridhaa moo yoo rabbiini jedhee ilmaa dhufaa insha aaAllah ❤️ 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰 🥰
Mashaa Allah Bagaa rabbii ngy sii hikee dhiras ni argaata inshaa Allah Abshiir Taara itti Annttuu lakkuu dhiraa rabbii siif keennuu❤❤❤
MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah MaaaaaashaAllah Rabbin isinif haa gudissu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maasha'Allaah rabbini siifii haa gudis dubara ilmaani dhiira caalitu isiinifii haa taasisu Wollaahi ilmaani dhiirasi waalira waliraa isiinifii inshaallaah
Mabruuuuuk alfa Mabruuuuuuuuuuuuuuk Habiibatii wollaah hunduu ni'imaa daangaa hin qabneedha❤😢😢😢 oduu namaa dhiisii rabbii keetiif galata galchi warri maal dhalte siin jedhu san warra ni'imaa rabbii hin beekneedha.
Nama meeqatu kanaa dhabee booha😢
Ani marraa sadi(3) argee dhabe wollaah keessi koo hedduu madaadha asumaan namni comment koo argitan rabbiif jecha du'aayii naaf godhaa😢
Rabbiin siif haa laaffisu hayaati abshiir
Rabin sii haa gamachisuu inshallah
Abshir lubbuu koo ❤❤❤❤
Rabbiin Ilmo baraka sif haa kennu Abshir😢
Rabbiin sif haa gudisu Jecha namatif bakka hin kenini Kan Ilmo dhabe waga meqafa boarutu jira❤😢
آميييييييييييييين اللهم آميييييييييييييين يا رب العالمين
MashaAllah baga gamadee rabbiin siif haa gudiisuuti kaan namaf kenuu rabbiidha nutti haadhi kiyyaa durba 5 waal irraa dessee dhirraa 1 dessee achii bodaa durba lama nuuf dabalte Alhamduuliila fayyidaa irraa caala kaan Abbaa fii haadha ofiitiif yaaduu durbaa rabbii siif haa gudiisuu bakkaan siif haa gahuuti rabbiin imoo kaa dhirraa siifhaa keenutti hafsaan maqaa bareedudha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa 🎉❤
Maashalla ❤
Rabbi ilmaan keessan isinif ha guddisu kan dhiiras rabbi isin ha razzaqu
Abshiir ayyuu tiyya harmeen koo dubartii 6 fi dhiira lama dhumarra nuuf deessee❤❤
Waan feeteyyu dahi Rabbiin Siif haa guddisu keenna Rabbiitii, Ni'ma Rabbiin nama keennutti Gammadduudha, dhiiraf durbas kani nama kennu Kalqa tokkicha,Rabbiin ilmoi fayya Qabdu nama kennuun Ni'ma Guddadha❤ alhamdulillah👌
Abshiirii qaalii too hojii rabbii tii girbaas ni argataa❤
Maasha Allah tabarakallaah
Baga rabbiin nagaha sii hiikee Yaa ummu Afnan teenya❤
Rabbiin sii haa guddisuu ilmalee rabbiin siif Kenna inshallah Abshiir jecha nama irraa hin kayyaatiin❤🎉🎉
Masha Allah Masha Allah Masha Allah Allah Allah Allah Allah Allah Allah Masha Allah Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Bar durba kana sadan yoo ishen karaa rabbii jalattuu iraati gudifatee angaa isan erumaniti walay janataa keesati mana ijaaratee ❤❤❤
Rabbin sif haa guddisu inshallah habibti kan dhabee rabbi ofiitii woywayatu meqatu jira qalii namaa❤ mashallah family qaqqali ijarra nuuf hafaa❤
Abshrii uman tiyaa dubara sadedt dese ama obolesaa toko nuf dese🎉🎉🎉🎉🎉
Masha allah Rabbii siif haa guddisu hammile sii cabiin namni wan jedhu hin dhaqu ijole tee waraqiin wly masha allah tabarkallah❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Layaan basiif akkaa Wal fakatuuf isaan sadenuu ayaan tiyaa namnii ilmaan dubraa sadii Kara rabitiraatii gudisee Janata senaa ja,emii hadisnii rabbii alhmdulilah jeedhii lubuu tiyaa rabbiin ilmaan dhiraa lakkuu lakkuun sif kannaa sabrii rabbiin sabrii namatii lala wan taheef maqa layaan basiif ok nibaredaa maqaan kun❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ sin jaladhaa bareeduu tiyaa
Galtoma
Bagaa nagaan sii hikee rabbiin siif haa guddisuu bareedu koo osso sareeyyuu tatee kan namaafi kenuu rabbii. Rabbiin daddabalee siif haa kenuu masha Allah ❤❤❤❤
Icc ummataa wan jedhuu hin lalanef debii hin kenin Ayyanee habibtii ilman kee babaredaa kanaa sif haa gudisuu ❤
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah dasaa namaa jataa qalii Rabbin sif haa dhisuu Ilman dinni fi Duniyaa sif haa godhuu
Bagaa nagaan deessee
Dhifaama garuu nannoo keenyatti dhaaltee kana jedhamu Loonii malee namni hin jedhamu.
Oromoo asumaani maatii naaf tahaa❤
Nu biraa harargeeti dhaltee ja'ama
😂😂😂
Ani yeroo isin Dhaalee jettu ni Salfadhaa.😂😂😂
marafuu Baga Rabbii Nagayaa isii hiikee ilmoo Ayyaa Abaa jettuu siif haa godhuuf❤
Rabbiiin sif haa keennuu ilmaa dhiraas🎉inshaa Allah ❤
Anis walirati dahee baay'ee naa rakifte wallah
Alhamdulillaah jedhii❤
Rabbin bakka nagaan siifhaguddisuu
Wallahii .osoo 10 argattee itti gabbing ilmaan tee babbareedduu❤❤❤❤Mashaa Allah tabarakalaa Mashaa Allah tabarakalaa Mashaa rabbiinsiifhaguddisuu akkasumaa dhiralee rabbiin siifhaakeenu yaa matii jalalaa
Ana duraa lale wari ayyan jaalatan lakki godha❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Mashaa Allah rabbin ijaa hamtuu iraa siif yaa qabuu ijolee babareduu tanaa ❤❤❤
Inni guddaan ilmoon nagaa waqayyo siif kenedhaa❤❤
Waqayyoo ammas ilma dhiraa lakkuu siif haa kenuu❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤ mashaala Allahumma tabarakala 🥰💯🥰💯🥰💯🥰
Ayuuu too Baga Rabin nagan si ikee kan dhalate sif ya gudatuu dhiris in dhufaa in shalaa ayuu❤
Rabbii sif hagudiisu Ayyan mashaaallah mashaaallah mashaaallah mashaaallah ❤❤❤❤❤❤
Mashalaha habibti tiyya rabbin sif haa gudisuu 🥰🙏🏾🙏🏾
Mashaa Allah mashaa Allah wly itti gamadii akkaa ja'ibatii ❤️❤️❤️💓
Maasha alaah rabbii siifaa guudiisuu wollahii wagga wagganii da.ii ilaama kee bayyee baredii ummu Afaanani❤❤❤❤❤❤❤
bagaa nagadhan deesse ayyuu rabbiin siif haa guddisuu rabbiin dubara nama kennuun ni'ima guddaadha ilmaa dhiras rabbiin siif haa kennuu ni argaata insha allah abshiir❤
Mashaahalah rabbi siraa haa fudhuu maradhaa jedhamaa shukaraa kurii dhugii❤❤
Masha'Allaah masha'Allah jabduu koo baga gammaddan baga rabbii nagayan si hiike rabbii siif haa guddisu bakkaan siif haa gahu dhiira lama lakkuu bakka takkatti siif haa kennu abshiir ujoollee babbareeddu qabdu masha'Allah tabarakallaah 😍 ❤🎉
Mashaa Allaah tabarakalaa🎉🎉rabin sif hagudisu hundinu kenaa rabiti durbis dhiris kenadha ❤❤❤❤rabin erati umuri si hadheresu
Maashaa allah 😊 ilmoon dubartii fi dhiira hin qabdu gurballee rabbiin siif haa kennu
مبروك الف مبروك ❤❤❤❤❤❤
Wallaahi ummaan tiyyayyuu dubartii saddeet (8)deesse
dhiira immoo afur(4) deesse alhamdulillah rabbiin nama bakka gahu haa godhuufi
❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashalla tarallhu rabbi keenii gudaa ishallha❤❤🎉🎉🎉
Masha allah rabbin bakkan sif hagahuuu ilman qacela hafizu quran sif hagodhu insha allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha alha tabbarakala rabbii siif haa gudisu qaalii tiyya umuu afanani rabbii sii haa fayisu ijoole tee ijii hamatu rabbii irraa siif haa qabu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maasha'Allaah ❤Baga nagayaan Rabbiin si hiike
Mashaa Allah tabaraa kallahaa bagaa rabbiin nagahan sii hikee Ayyan rabbiin siif haa gudisu inshallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ dhirallee rabbii sii kenaa oduu namatiif bakaa hin kenin
Masha Allah❤ abshir insha Allah Rabbi dhiiras sif kenna kunu kenna homanu hin madalamne Alhmdulillah jedha
Congratulations Ayyuu 🎉🎉🎉
Wallahii ilmon fayya gutun rabbii nama keennuun gamachudha dhuga atii gana dhira miqa rabbii siha kennu ❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Mashallah tabarakallah baga Raabin sif kene ilmoo Nimaadha durbis dhiriis kena Raabi tii ❤❤❤❤❤❤
Mashaallaah rabbii sii Haa gudissuu shamarani baredudhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jechaa nama hin lalinnii kaa sii kenuu rabbii dhiralee ammaa argataa
Mashaa allaah Rabbiin si ha gudisuu ilman babareduu Rabbiin siif kenee❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah TabarakaAllah waaliin umurii dha ❤❤❤🎉
Alumdullahii gaalanii kaa Raabiitii baagaa ilomoo faayaa qaabadufi atii naghaani nufi hikamatee wlh inlamasii nufii deesaa ayuu teenyaa qaalii tiyaa ❤❤❤❤❤❤
Bagaa rabbi sigamachisee Allahamdullhi jedhii dubartinii rasqidhaa ma'am tiyaa wallhi inii gudanii atifii ilmonii tee nagaa tayudhaa rabbi inmoo shanii woliraa sihabadhasuu amshirii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Maashaa aallaa rabbiin bagahan sihiike rabbiin kaara keyrii irraatii siif hagudisuu❤❤❤❤❤❤
Wwwwwwww mashalaa tabaraakalaa allh ❤❤❤jabadhuu bagaa rabbii sii badhasee❤❤❤
mashaaAllah ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉bagaa nagahaan hikee dhiraa fi dhalaa ossoo tanee ilmomaa argaachuunuu siif gahaa mashaallah mabruuk❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Masha allh ilmaan babareeda kana rabbin sif keenne dhadhalii dhiras ni arkkata inshaa allh rabbin sif haa keennu
Masha Allah baga rabbi nagahan sii hikee issinu ilmaa
Mashaa Allaah bagaa rabbini sii hike nagayani kenna rabbiti alhamduliaah jedhii❤❤❤
Masha Allah ijraa hafaa Ayanee tiyaa❤1❤ Walahii anii heduun sihordofaa Heduun sii Jaladhaa rabbiin na Olitii sii haa Jalatuu Ilmaan kee rabbii siif haa gudiisuu 2 Gurubaa diin rabbii siif haa kenuu rabbiin nii qabaa Walahii😢😢😢
Mashaallah bagaa rabbin nagahan sii hikee ummu Afnan wallaah mashallaah ilmoon niimaa guddadha dhiraaf dhalanis bashasa rabbiti garaa dhalaa qabuu dhiraas qabaa Abshiin rabbin sif haa kennu harmeen koo durbaa 5 bodaa dhiroota dachan argatee Alh jedhi boruu rabbin sii kenna❤❤❤
Maashaa allaa rabbiin siif haa guddisuu dhiirallee rabbitu harkaa qabaa rabbiin kennasaa keessaa siif haa kennu inshaa allaaa🎉🎉🎉
Mashallaah mashallaah mashallaah tabarakallaah bagaa rabbii nagahaan sii hikee umuu afnaan tiyyaa inshallaah shammaran barakaa qabdu taa dinni rabbii irraattii guddatu siif haa tatuu inshallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Afnaan &Nihaal🎉🎉🎉❤❤❤
Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Alhamdulilah jedhi walahi dhiras taee dhalan hadiya rabbii isiniif kene
Mashaa Allah tabarkalaa rabbiin siif haa gudisuu ishaa Allah ❤❤❤❤
Masha Allah raabbii sif haa guudiisu bakaan sifi haa gaahu
Mashallah ayuu Baga gammade wlh dhugaa keetii bayyee ulfta ilmo yoo wolii irati dhalani aniis wolii irati dhalee bayye rakadhe Ture amma na gudatan alhamduliallah mashallah rabiin ilmo baraka siif haa godhuu ilma dhiras rabiin lakkuu bakka taka sii kene sii haa gammachisuu inshallah ❤❤❤❤
Masha Allah Tabarakallah rabbiin siif haa guddissuu
Anuu shamarran lamaa qabaa sadaffaa waan da,uu hin bekuu yaa rabbi waan ofii jalatuu naaf kennii ❤