Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Abshir jabaadhu sanyii koo. Inuma siif araaramtii dhiifama gaafadhu.
Abshir obolesaa koo raabi jiraa ishahalaa waalin isni haa dhisu raabi abshir Laamii koo ni argata guya toko ishahalaa ♥️♥️♥️♥️♥️👈
abshiri shamarran yeroof aaranii cannaqamu malee sii Araaramti ati maatii ishee ishees akka dura hiriyyaa qabdu amansiisi jaallattanii waama jiru rabbi garaa ishee siif ha laaffisu
Rabbi guddan sii yaa gargaruu dhugaa jiruu ittii himii araraa isaa siif haa busuu oblesaa
Aster Rabii gara ishi sifi haa lafisu obbolesaa koo
Uuuuuuuuff abshiri rabbiin sif haalafisuu garuu ergaa ballesaa kee bartee dhugaa jiruu hundaa ittii himii amaasisii ararfaadhuu rabbii qalbii ishii sif haa lafisuu
Kaan harmme kee bayye naa gadisise 😭😭😭😭😭Jalale kee immo waan sitti dhekamtef male siif ararammu dandessi rabbi garra ishe siif haa lafissu attis dhifamma gafaadhu dogongora kee waan ta.ef ishenis yoo sin didde hiriyyota kee itti himmi isaan amansisu dandau wan taef rabbi siif haa lafissu,
Xaalayaa barresii namati ergiif waan jiru hundaa himiif
Welcome galo keenyaa obollesaa koo raabi siif haa lafisuu amshir isiinile yeroo male amaa siti araramti
Sunsumanu alitti bua .kuni bua bayyi jirenatti .atti dhifa gafadhu ishin dalanttus yero kenif .
Maloo jaluu maloo araramii fi Italaa sanii garaa gubii malii sifi furmataa mee yaa Oboleesa koo rabinii sifii haa arasuu Italaa woltii sii buftee sunii Osoo bultii ijartee attii fi jalalee tee woltii debiyuu maltanii yoo isnii didee akkaa addaa oromoo saniitii butii yokinii fudhadhuu malee hin dhisinii 💚💞💚💞💞♥️💞♥️♥️
Sabeta biyyaa kooooAyizoo obbolesa koo jireenyi jalala Qorumsa bayyee Qaba
Waaqayyoon Garaa ishee Siif yaa Lafisuu obboolleessa
Abshir rabi siti halafisu
Dhugaa jiiru huunda xalayaa baresii naamati ergif
Omaamiitii obboolesaakoo jireenyii lafaa iraa bu abaa ii qabitii yoowaqin Walif siin kumee ni araramtuu
Raabbii sif ha lafisu
Anaa dhufuu galoo keenya
Waaqayyo waliti isinadebbisu
Amsher obolesaa rabiin isiin haa arsrsuu isimàa lamtaa sin ararfadhu
waqayyoo walitti sinii haa debisuu
Uuuuuufffffiiiii obsii qoomo koo
sitilechitee isin soba malele hoji hinqabdani baga rabu siti hin debisin amale
Homa mitti obbolleessaa koo jireenya lafa irraa bu'a ba'II bayyee qabdi yoo waaqayyoo waliif isin umee ni ararmtuu aftee Abdi kutiin
Abshir
Well come
wel stay
Anu sii jiraa❤💘❤💘❤
💞
😭😭😭😭😭😭
Welocm
Wel come
jaabadhuu sanyii
Hayyee Sanyii
Welcome
Dhugaa jirtu itti himi siif araaramuu dandeessi
Obsi sii hubbati guyya tokko obbsi obolessa
Weel comee
Wel came galoo
@@galookeenya3570 thankyou
Jaalala waan isaa brii dura
Rabituu sii bekkaa abshirii
Oso dura dhugaa dubate sillaa akana hin tatuuu
❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏☝☝☝☝☝
Anitu dura dhufe like xuqaa
Anu sif jiraa lammii koo
ballessa kee bektetaa oso iti himtee sigate hin demtu ture.amas yoo ishin nama bira wajin jalaala egalu batee namaran barbadi dhuga jiru iti himi dhifamaa gafadhu.
A
Sii raabiinii Haaqaa sii haalaafiisuu
😭😭😭😭
Abshir jabaadhu sanyii koo. Inuma siif araaramtii dhiifama gaafadhu.
Abshir obolesaa koo raabi jiraa ishahalaa waalin isni haa dhisu raabi abshir Laamii koo ni argata guya toko ishahalaa ♥️♥️♥️♥️♥️👈
abshiri shamarran yeroof aaranii cannaqamu malee sii Araaramti ati maatii ishee ishees akka dura hiriyyaa qabdu amansiisi jaallattanii waama jiru rabbi garaa ishee siif ha laaffisu
Rabbi guddan sii yaa gargaruu dhugaa jiruu ittii himii araraa isaa siif haa busuu oblesaa
Aster
Rabii gara ishi sifi haa lafisu obbolesaa koo
Uuuuuuuuff abshiri rabbiin sif haalafisuu garuu ergaa ballesaa kee bartee dhugaa jiruu hundaa ittii himii amaasisii ararfaadhuu rabbii qalbii ishii sif haa lafisuu
Kaan harmme kee bayye naa gadisise 😭😭😭😭😭
Jalale kee immo waan sitti dhekamtef male siif ararammu dandessi rabbi garra ishe siif haa lafissu attis dhifamma gafaadhu dogongora kee waan ta.ef ishenis yoo sin didde hiriyyota kee itti himmi isaan amansisu dandau wan taef rabbi siif haa lafissu,
Xaalayaa barresii namati ergiif waan jiru hundaa himiif
Welcome galo keenyaa obollesaa koo raabi siif haa lafisuu amshir isiinile yeroo male amaa siti araramti
Sunsumanu alitti bua .kuni bua bayyi jirenatti .atti dhifa gafadhu ishin dalanttus yero kenif .
Maloo jaluu maloo araramii fi Italaa sanii garaa gubii malii sifi furmataa mee yaa Oboleesa koo rabinii sifii haa arasuu Italaa woltii sii buftee sunii Osoo bultii ijartee attii fi jalalee tee woltii debiyuu maltanii yoo isnii didee akkaa addaa oromoo saniitii butii yokinii fudhadhuu malee hin dhisinii 💚💞💚💞💞♥️💞♥️♥️
Sabeta biyyaa koooo
Ayizoo obbolesa koo jireenyi jalala Qorumsa bayyee Qaba