Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 2

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 3 жов 2024
  • Suuta dardarummaatti kan seene Hayleen bara kana ‘nama/dhiira’ ta’uuf hedduu muddameera. Yaata’u malee yeroo Daawwit dhoksaan Tsaggaa irratti olola adeemsisaa jiiraachuu issa dhagahu doorsisa Tsaggaa irraa dhaabsisuuf kuttannoon dura dhabbachuuf murteeffatee jira. Tsaggaan mata-duree ololaa ta’uun ishee yaddoo jabaa keessa galteetti. Kana irraa waan ka’een mataa ishee ceeppa’uutt eegaltee jirti. Yaaliin Alami fi Fiqir baandii eegaluuf godhan rakkoo hedduutu mudatee jira.
    Subscribe: bit.ly/2wPney7
    Connect with Yegna
    Facebook: / yegna
    Instagram: / yegna_official
    Listen to the entire Yegna MUSIC: bit.ly/2gyZ4Sw
    Listen to the entire Yegna DRAMA: bit.ly/2xB8Hph
    Yegna is a multi-product brand rooted in Ethiopian culture and established to inspire positive changes for girls. The brand - and the media products that sit within it - challenge the way people think about girls and the way girls think of themselves.
    የኛ የኢትዮጵያ ባህል ላይ መሰረት ያደረገ የሙዚቃ፣ የድራማ እና የቶክ ሾው ፕሮግራም ሲሆን ማህበረሰቡ ስለ ሴት ልጆች ያላቸውን እንዲሁም ሴት ልጆች ስለ እራሳቸው ያላቸውን አስተሳሰብ እንዲፈትሹ የሚያደርግ ሚዲያ ነው
    አዲስ ቪዲዮዎቻችንን ለማግኘት ሰብስክራይብ አድርጉ: bit.ly/2wPney7
    ተጨማሪ ክፍሎችን ያዳምጡ: bit.ly/2xB8Hph
    የየኛን ሙዚቃ ያዳምጡ: bit.ly/2gyZ4Sw
    ከ Yegna ጋር ይገናኙ:
    Facebook: / yegna
    እንኳን ወደ የኛ ዩ ቱዩብ ገፃችን እንካን ደህና መጣችሁ!
    የ’የኛ’ ቤተሰብን ለመቀላቀል ገፃችንን ሰብስክራይብ በማድረግ በየጊዜው ስለሚወጡ እና ከዚህም በፊት በነበሩን ሙዚቃዎችን፣ የቲቪ እና የሬዲዮ ፕሮግራሞችን ላይ አዲስ መረጃ ማግኘት ትችላላችሁ፡፡
    እኛም በፕሮግራማችን ላይ ያላችሁን አስተያየት ከእናንተ መስማት እንፈልጋለን፡፡
    ገፃችን ሁላችንም እኩል የምንሳተፍበት እና መልካም የሆኑ ሃሳቦችን የምናንሸራሸርበት ሆኖ እንዲቀጥል እነዚህን ቀላል መመሪያዎች እንከተል
    • ስለየኛ ያላችሁን ሃሳብ ሳትቆጥቡ ሁሌም ቢሆን አካፍሉን፤
    • ይህ መድረክ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት እንዲሆን የምንፅፋቸው ነገሮች የሌሎችን ሃሳብ የሚያከብር መሆኑን አረጋግጡ፤
    • በገፃችን ላይ የምታቀርቡትን ሃሳብ ወይም አስተያየት በደስታ እናስተናግዳለን! ነገር ግን ገፃችን ገንቢ ነገሮችን የምናገኝበት ሆኖ እንዲቀጥል ሰዎችን የሚያጥላላ፣ ጥቃትን የሚሰነዝር ወይም የስድብ ይዘት ያላቸውን አስተያየቶች በፍጥነት እናወርዳለን፤
    • ልብ በሉ! ሃሳባችሁን በምታካፍሉበት ጊዜ ለብዙ ሰዎች የሚደርስ በመሆኑ ማንነታችሁን እና የግል መረጃዎቻችሁን የማይገልፅ መሆኑን አረጋግጡ፤
    • የገፃችን ዋነኛው እሴት መከባበር ነውና በተሳትፏችሁ ሁሉ መከባበርን መሰረት ባደረገ መልኩ ይሁን፤
    • ለሌሎች መልስ ከመስጠታችሁ በፊት የመልሳችሁ ይዘት የሌሎችን ስሜት የማይጎዳ ወይም በምንም አይነት ሁኔታ ስጋት ላይ የማይጥል መሆኑን አረጋግጡ፤
    • በ’የኛ’ ማህበራዊ ገፅ ላይ የየኛ ያልሆኑ የምርት ወይም የአገልግሎት ማስታወቂያዎችን አንደግፍም፤ በሚገኙበትም ጊዜ በፍጥነት እናወርዳለን፡፡
    የ’የኛ’ ዩ ቱዩብ ገፅ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት የማህበራዊ ድህረገፅ ለማድረግ እንዚህን መርሆች የሚጥሱ ነገሮቸ ካሉ ወዲያውኑ እናወርዳቸዋለን! እናንተም ከየኛ ጋር ስለሆናችሁ በቅድሚያ ልናመሰግናችሁ እንወዳለን፡፡
    YEGNA IS FOR ALL OF US!!
    Dear viewers,
    We are excited to hear what you think about 'Yegna.' We want this to be a welcoming space for you , so feel free to express yourself. For this space to remain welcoming and open to all we need your help to keep it that way. This is your community. Feel free to speak up and tell us what you think or report anything wrong or inappropriate you see on this platform. You can write a comment or email us at ethiopia@girleffect.org or join us on our Yegna Facebook Page.
    We can all keep 'Yegna' youtube page positive in the following ways:
    Help defend others. If you feel that users are being treated badly or others are being mean spirited. Report harassment and bullying of others. This is the best way to show that bad behavior will not be tolerated so offenders can be banned.
    Respect others by not using bad, rude or offensive language. Sexually explicit, obscene or offensive language is not allowed and spam and advertising will be removed immediately.
    Keep yourself safe. Do not give out your personal information. Never tell people:
    your real name (make up a nickname)
    your age,
    your address,
    the name of your school,
    your email address or phone number, or
    any financial information or passwords.
    Avoid meeting up with people you meet online. but if you do meet up make sure that you have an adult or your parent or guardian with you. If you are under 18 years old please make sure to get permission from your parent or guardian to visit 'Yegna' UA-cam so you can visit under an adult’s supervision.
    #Yegna

КОМЕНТАРІ • 385

  • @astuusifamayuuabdinjirawaq257
    @astuusifamayuuabdinjirawaq257 4 роки тому +21

    Haliyefii ananii bayee nama marartuu hudii kesanuu jabadhaa halamii bayee sister koo natii fakaatee anii sister koo bayeenii yade jira nagadhani walii sin hargisisuu warii jetaniti liki naf xuqa mee

  • @oromokush4393
    @oromokush4393 4 роки тому +121

    hayile fi Hannah namatti tolu anille obbolessa akkasi qaba ture garu an awuropaa jira yaadeni jirame rabbi nagahan sihaagalchu naan jedha like nagodhaa

  • @sumayaaorotube7597
    @sumayaaorotube7597 4 роки тому +23

    Afani oromti dabarsuu keessanif heduu galatomaa 🙏😍😍

  • @እርሱያለውላይቀር
    @እርሱያለውላይቀር 4 роки тому +24

    ዋው በተለያየ ቋንቋ መቅረቡ በጣም ደስ ይላል ወደ ምዕራፍ 3 ቶሎ ተመለሱ

  • @haadhaseenaa2670
    @haadhaseenaa2670 4 роки тому +5

    Wowwww afaan Oromootin dabarsuu keessanif baayyee galatoomaa anis irra deebi'een ilaalaa jira hunda keessan sin jaaladha

  • @asiyasaboontu7216
    @asiyasaboontu7216 4 роки тому +18

    Warii akka koo Tsagaa jalaatani Like godhaa mee anaa bayee natii toltii

  • @somaya0568
    @somaya0568 4 роки тому +27

    Galatomaa bayyee sin jalaadhaa hunndaa kesanuu namatii toltuu wwww mee warii jalaataninii likii godhaa mee

  • @nejutube215
    @nejutube215 4 роки тому +7

    Dhugaa Ani amaariffaan ilaalee ture garuu yommuu afaan dhaloota kootitiin dhufu hedduu natti tole

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii

  • @hanyaggaro4886
    @hanyaggaro4886 4 роки тому +2

    Ijoollee jimmaako jabaadha amariffan isin hordofan ture afaanko afaan sabaguddafi aadafii duudha Oromo beekun nugaara adaan ba.yenamagammachisi jabaadha ijolle biyyako😍😘😘😘😘

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo

  • @elshadayyesuussooretube2702
    @elshadayyesuussooretube2702 4 роки тому +18

    Namooni akkakoo alam jaalatan like naafgodha

    • @hudayoutube3054
      @hudayoutube3054 4 роки тому

      Yaa allhaa akkamiiti namatti tolaa yaa lammii koo nuuf jiradha

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii

  • @nayatiawel7154
    @nayatiawel7154 4 роки тому +1

    bayee garidha barumasa offii keessa qabaa akaasuma seena keessa darbaan akaasuma ilmaan offii akaamiti akaa barasisan nama barasisa afaan amarifaatin lalee xumure jiraa bayee jaladhe ittii fufaa jabadhaa kessatu wanati hanaani hojatu hundi seena kiyaa keessati yadadha 🥰👌👏

  • @obseeobsaan4891
    @obseeobsaan4891 4 роки тому +19

    Wow baay'ee galatooma ani afaan amariffaatin isin hordoofatin ture amma afaan kootin naaf hojjatu keessanif baay'ee isin galateefadha

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @honeylove8311
    @honeylove8311 4 роки тому +1

    Tsga bayee Bayer ciimtuudhaa jechota namotaa dandesee jabadhuu. Haile gorsaa barsisaa ketii fudhachuu ketiifii Bayer dansa'aa jabadhaa

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii

  • @zedlovetube4011
    @zedlovetube4011 4 роки тому +2

    Jabaadha akkasiti afaan hundaan diraama fi filmin hundii osoo darbee jaalala fi kabaja guddatu biyyaa teenna keessati argama

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii

  • @fayoayman892
    @fayoayman892 4 роки тому

    I love you senna hundaa kenyaa bayye isin jalanaa itii nuf fufaa boqonnaa 3ffaa jalalaf kabajan isin ennaa isin jaladhaa

  • @ayantufekadu1122
    @ayantufekadu1122 4 роки тому +2

    garuu akka itti alam natti toltumee.....😘😘😘😘😘

  • @bekandebeleta2947
    @bekandebeleta2947 4 роки тому

    Seenaa yeroo baratummaa keenyaa nu yaadachiisa ,ani kana arguukootti of ilaalee kiyya durii na yaadachiise , baayyeen gammade kanuma caalaa itti nuuf fufuu qaba . jabaadha maalo.

  • @Birqee-ox3yc
    @Birqee-ox3yc 4 місяці тому

    Wow bay'ee bareeda❤❤❤❤❤❤❤

  • @faxumaabdallaheddoo2833
    @faxumaabdallaheddoo2833 4 роки тому

    Wowow anni affan amarifaa isin hordofaa turee affan oromo kotin nu dhiyesu keessaan Galatomaa Galatomaa baay'een isini jaladha

  • @ይፈትናልእንጂፋቅርያሸንፋ

    Woowow heddu nama gamachisaa barumsaa guddaa qaba waan ta.ef afaan hundati jijiruu keessanif baay.een isin jalaadha

  • @dadutubi2104
    @dadutubi2104 4 роки тому

    Wooow baay'ee namaati toltuu hundii kessaan hundaa isaa isiin hordufaan turee ammaas afaan kootin isiin hordofaa galatomaa

  • @sadiyahusen
    @sadiyahusen Рік тому

    Afan oromotin dabarsuu kesaniif Bayee galtomaa diramanii kesanii Bayee namatii tolaa jabadhaa

  • @anunegniyebetasabochetenaf1057
    @anunegniyebetasabochetenaf1057 4 роки тому +2

    Uuuffff akka lubbuu koon isin jaaladham dammaawwaan too ❤🇪🇹

  • @fanitube3414
    @fanitube3414 3 роки тому

    Wow bayyee galtomaa dura afaani amarifan horidofaa ture ammaa garu afaani kotin nu dabarsu kessaan galatoma afaani huddaan hojadha jalali balacha demaa

  • @sabotuumusilimaadxb8409
    @sabotuumusilimaadxb8409 4 роки тому

    Bay'ee natii tolotaa jabadhaa itii fufaa kutaa 5 gadii nu dhisaa qarewan kenyaa

  • @hawihawi8698
    @hawihawi8698 4 роки тому +24

    Haylee garuu alam baye jalata miti kkkkk
    Bayee dansa isaa afan oromifan silaa dabarsitanif galatoma

  • @mddula8498
    @mddula8498 4 роки тому

    Maashaallaaah maashaallaaah wallaahii hedduu Namati tola haaluma kanaan ittii fufaa

  • @s.shashe2063
    @s.shashe2063 4 роки тому +1

    Owowo galtomi baay’ee afaan oromoti jijiruu keetif ❤️❤️🥰

  • @ashaakadir2832
    @ashaakadir2832 4 роки тому +3

    baayee namati tolaa yenyaa jalanaa 😍😍😍😍😍

  • @fgjfdbfje5173
    @fgjfdbfje5173 4 роки тому

    Hayllennii barrssissa issa gafatunnii sirrii

  • @ወሎአምባሰልማርእሸት

    ጥሩ ነው በሁሉም ቋንቋ መሆኑ

  • @aminaamina6942
    @aminaamina6942 4 роки тому

    Uuuuuufiiii senna koo naa Yaddachise jira kesatu ijileni baddiya sunni nufi jiradha

  • @asiyasaboontu7216
    @asiyasaboontu7216 4 роки тому +1

    Woww bagaa nagaan nuu dhuftaan

  • @monakk2219
    @monakk2219 4 роки тому +2

    Wow bayye gaaridha jaabadha👍

  • @sabontushawa7316
    @sabontushawa7316 4 роки тому

    Baay.ee nati tole yeroo dura afaan amarifa ture ta.us garu irra dadebiyee ilaala ture seena darbe fi kan keessa jiru naa yaadachiiseef galatoma inni bira afaan oromifati dabarsuu keessanif onne Koo keessa isiin jaladha jabadha yeroo hundaa akka nuf dabarsitan akkasuma kan caala akka itti fuftan abdii guttu qaba arsti kenya hunduu jabadha

  • @arifeshekayadano5060
    @arifeshekayadano5060 2 роки тому

    Jabaadha ijoolle Keenya baayye namatti toltu

  • @alqhsbsuhdd8184
    @alqhsbsuhdd8184 4 роки тому +1

    Welcome to kenyaa 😍😍😍😍😍👌👌👌👌jabadhaa iti fufi bayee namti toltuu ❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏

  • @dabaduguma8965
    @dabaduguma8965 4 роки тому

    Uuuuuuuff dhugaa Afani oromoti jijiruu kesaanifi Galatomii

  • @tigstmamozewudie113
    @tigstmamozewudie113 4 роки тому

    በቀጣይ በአፋርኛ በጉራጌኛ በትግሪኛ በወላይቲኛ በሰዶኛ በሲዳሞኛ በአገውኛ በደቡብኛ በሲዳሞኛ ......በእነዚህ ሲተረጎም ቀጣይ እመለሳለሁ የማላቃቸውንም ላሰባስብ ግን እድለኞች ነን እኮ እምዬ ኢትዮጵያ ሰላምሽ ይብዛልኝ

  • @sarayeeshawalijjalquaa5005
    @sarayeeshawalijjalquaa5005 4 роки тому +1

    Woww bayye namati tola jabadha itti fufa

  • @Tube-wr3zh
    @Tube-wr3zh 4 роки тому +2

    wow bayyee namati tolaa !! jabadhaa

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo

  • @DarartuAdamYusuf
    @DarartuAdamYusuf Місяць тому

    Hundii kesan ❤❤❤❤❤❤❤isinin jaladha

  • @marieemariee1196
    @marieemariee1196 4 роки тому +3

    baye bayee midhagaa jebadhaa esinijalanaaaaaaaaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @halemayassen7211
    @halemayassen7211 4 роки тому

    Iti fufaa sagataan kesaan kun bayee namaa gamaachisaa😘😘❤❤❤👌👌👌👌

  • @abdi.tibbateba3354
    @abdi.tibbateba3354 4 роки тому

    Baay'ee namatti tola garuu maqaa addis Abab jedhu sana Osoo gara finiffinneti nu gedartani Baay'ee gaarii ture

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo

  • @momenatim4762
    @momenatim4762 3 роки тому

    Masala AfAorumo DuBASU DUMATUSAFUNEBTUBArEDA🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹👍👍👍👍👍

  • @khalidomustefa7812
    @khalidomustefa7812 4 роки тому

    Is very nice itte fufa

  • @shawudame1300
    @shawudame1300 4 роки тому

    Wwwwww baga nagahan nuuf dhufutani jabadhaa isini jaladhana ❤️❤️❤️👍👍👍

  • @GamaadooBariisoo
    @GamaadooBariisoo Рік тому

    ❤ kutaa 11 fidi mee

  • @hachalukooo631
    @hachalukooo631 4 роки тому

    Wow galatooma namatti tolaa afaan Oromoon

  • @tegestilove5021
    @tegestilove5021 3 роки тому

    Woo baay'ee bareda dhugaa

  • @hawaseboka7574
    @hawaseboka7574 4 роки тому

    Siradhaa malee wanii hin bekken tokko baruu dirqama. Galatomii jabadha bay'ee nama gamachisaa yada kessanii.

  • @wagayoalamu2750
    @wagayoalamu2750 4 роки тому

    Waaaaaw bayyee baredaan namatii toltaan jaabadhaa

  • @mesiifkr1580
    @mesiifkr1580 4 роки тому

    Wowwww bayyee Namati tolaa Jabadha💟💟💟💟💟👈

  • @DarartuAdamYusuf
    @DarartuAdamYusuf Місяць тому

    Jabbadha

  • @samirawitkababaa7461
    @samirawitkababaa7461 4 роки тому +1

    Bay'ee gariidhaa jabadhaa❤❤❤

  • @azinashube249
    @azinashube249 4 роки тому

    Baay'ee bareeda jabaadhaa

  • @simbootaawidooetophy8305
    @simbootaawidooetophy8305 4 роки тому

    Garaa afaanoo oroomotitii deebisuu keesaaniifii baayeenii itii gaamaadee

  • @bilisumaamulugetaa8791
    @bilisumaamulugetaa8791 4 роки тому

    Bayyee namatii tola

  • @arfasekumsaa82
    @arfasekumsaa82 4 роки тому

    Baayee namati tolaa jabadhaa

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo

  • @zubidazubida2176
    @zubidazubida2176 4 роки тому

    Wwwooww namati tiltuu badaaa

  • @warqeemiresaamireesa419
    @warqeemiresaamireesa419 4 роки тому +1

    1 siridha galatoma jabadha

  • @abdiabdi7026
    @abdiabdi7026 4 роки тому

    Woooow bayyee namati tolaa jabadhaa qomoo koo..❤❤❤❤❤❤💓💓💓💓💓💓💓

  • @burqaajaalalaa5057
    @burqaajaalalaa5057 4 роки тому

    Wayyoo wan bayye nu yadechiftee diraman tunii

  • @waaqayyooabdiikootiwaaqayy6565
    @waaqayyooabdiikootiwaaqayy6565 4 роки тому +2

    Wwaawwoo bayy'ee namaati tolaa jabaadha!

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii

  • @buzuneshibaayisaa2737
    @buzuneshibaayisaa2737 4 роки тому

    Anaa dhufuu haarkaa funee baay'ee naamti toltu jaabadha akanumti iti,fufaa👍👍🌹🌹

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo

  • @tigistgamee2691
    @tigistgamee2691 4 роки тому

    Wow ijjollee kana bayy,ee jalladhaa dhugaa Oromifas ni bekuu jechuu dha jabadhaa 👍👍😘😘

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Matii nafii tatii maloo sanyii ko

  • @umuukaalidaliyyi7406
    @umuukaalidaliyyi7406 3 роки тому

    Wayyoo 😭 😭 😭 waqa sennaa kubbaa kanaa heduu yaadadhee

  • @ተዋህዶሀይማኖቴ-ዸ4ጀ

    ደስ ስል bayyee namati tola oromifan jabadha

  • @okonmiracle3675
    @okonmiracle3675 4 роки тому +1

    Maaloo anii baayeen gamadee, akanumatti itti fufaa. Taatoonii hundii keesanuu ergaa guudaa nuuf dabarsaa jirtuu . Galatooma.

  • @kenaawaqayoyube3343
    @kenaawaqayoyube3343 4 роки тому

    Wow galatomaa oromoo dhani debitanii dhufukesanifii

  • @marieemariee1196
    @marieemariee1196 4 роки тому +2

    wawu bexaminewudesiyemilewu ❤❤❤❤❤👍👍👌

  • @anwarkemal2256
    @anwarkemal2256 4 роки тому

    kophi koophi kophi yomumaa dream afaan oromoo isaa baredaa tokkoo gurraa ummaatatiin getuu maxantuwaan wahii

  • @muzami1560
    @muzami1560 9 місяців тому

    Jajabadhaa ijolee oromoo

  • @SaraSara-ot4zt
    @SaraSara-ot4zt 4 роки тому +1

    በጣም ደስ ይላል በርቱ እወዳቿለው Bayee Gari dba jabadh isin jaladha

  • @bchatube2986
    @bchatube2986 4 роки тому

    Wow baay'eee namati tola nuu jiraadhaaaaaaaa

  • @laylakemal6167
    @laylakemal6167 4 роки тому +2

    ቋንቋው በጣም ደስስስ ይላል በኦሮምኛ

    • @ayantufayisaa9332
      @ayantufayisaa9332 4 роки тому

      Ana kanii natii toluu kanumaa ormifanii dabrsitanii Bayee dasii nama jedhaa

    • @ayantufayisaa9332
      @ayantufayisaa9332 4 роки тому

      Maloo osoo hudumaa ormifaa ti nujijrtanii Bayee namatii tolaa jabadhaa

  • @fesse4548
    @fesse4548 Рік тому

    Wawaw namati tola baye

  • @tsahaymilktsahaymilk3942
    @tsahaymilktsahaymilk3942 4 роки тому +1

    Wwwwww baye toko namati toltu jajabadha

    • @yasini871
      @yasini871 4 роки тому

      Bayee namati tola ♥️🌷💯✔

  • @hawaaimon3647
    @hawaaimon3647 4 роки тому

    Dhugaa baayee naamatii tooltuu nuuf jiraadhaa

  • @hffdfgh9312
    @hffdfgh9312 4 роки тому

    fill episode 1 Nathaniel ይከንን ዲራማ ልቀቁልን ስለ ክርስቲያን ምርጥ ትምርት ነው ብዙ ሰዎች ይማሩበታል እንዲሁም ብዙ ኮሜንትና ላይክ ይደርሳችኋል ❤❤❤❤❤❤

  • @mesiiprss2173
    @mesiiprss2173 4 роки тому

    Wow bayyee namatti tola jabaadhaa

  • @wudegetachew6124
    @wudegetachew6124 4 роки тому

    A1 sirdhaaa

  • @NadiiroSiyaadyuusuf
    @NadiiroSiyaadyuusuf Місяць тому +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hawiiabdiyoutube9556
    @hawiiabdiyoutube9556 4 роки тому

    Dhugaa namaati tolaa kaa 💖💖😍😍😍💕💕💕❤️❤️❤️👍👍

  • @waletemariyam2420
    @waletemariyam2420 4 роки тому

    Woww bayyee tokko midhaagdu hayyoota koo mirgaan galaa

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @simboodarajee7145
    @simboodarajee7145 4 роки тому

    A;Sirriidha hayileen

  • @sifansifan6753
    @sifansifan6753 4 роки тому

    Wwww bayye namati tola jabadhaa

  • @raggatuuroobaa8495
    @raggatuuroobaa8495 4 роки тому

    Wallaay hedduu nama gaddisiisa

  • @kedestworku1478
    @kedestworku1478 4 роки тому +1

    Woow afan oromoo❤❤❤😙😙😙

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii qalii

  • @ObsiiKayookoti-fz3uj
    @ObsiiKayookoti-fz3uj Рік тому

    Bayeenamatitolaajabadha.

  • @rosagirma53
    @rosagirma53 4 роки тому

    Wawwww bayyee namti toltuu jabadhaa!!!!!!!!!!!

  • @jamilaaabdee7892
    @jamilaaabdee7892 4 роки тому

    Muziqaa.goodaree

  • @fatimazakrah
    @fatimazakrah Рік тому

    bayye garidha

  • @awarasha8641
    @awarasha8641 3 роки тому

    Ani tsagatuu naa marere dhugaa

  • @hanafikadue.t3743
    @hanafikadue.t3743 4 роки тому +2

    Wow

  • @صاليءإسمعيل
    @صاليءإسمعيل 4 роки тому

    Jabbadha itti fufa

  • @fatiyajimma1941
    @fatiyajimma1941 4 роки тому

    Wooooow senna bayye namati toludhaa dhuga ❤❤❤❤🤙🤙🤙🤙

  • @dammedammu7018
    @dammedammu7018 4 роки тому

    Woooow namati tola jabadha

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo

  • @aantukamel7751
    @aantukamel7751 4 роки тому

    Dirma bayye baredadha jabadha