Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Hindubbadhu 2022 [ New Afaan Oromo Film/Ethiopian Oromo Movie 2022]
Вставка
- Опубліковано 5 лют 2025
- Leemman intartemantiin Fiilmiiwwan fi Diraamaawwan haaraa akkasumas taphoota nama bowaarsan isiniif qabatee dhiyaata. Chaanaalii keenyaaf haaraa yootaatan subiskiraayibi gochuun maatii keenya akka taatan isin affeerra.
Namoonni yaada qabdan akkasumas dhaabbilee ykn omishaalee keessan beeksifachuu barbaaddan karaa lakkoofsa bilbilaa +251911072702 karaa saanduqa poostaa 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegrama @leemman_entertainment karaa Facebookaa :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment tiin nuquunamu dandeessu
---------------------------------------------------------------
በሌመን ኢንተርቴይመንት
አዳዲስ የኦሮሚኛ ድራማዎች እና ፊልሞች እንዲሁም አዝናኝ ጨዋታዎች ተዘጋጅተው ወደ እናንተ ይቀርባሉ !
ለቻናላችን አዲስ ከሆናችሁ አሁኑኑ ሰብስክራይብ በማድረግ ቤተሰብ ይሁኑ
---------------------------------------------------------------
@ Leemman Entertainment
New Oromo dramas and movies as well as fun games are ready for you!
If you are new to our channel, subscribe now and become a family
• AFAAN OROOMO MOVIE KIY...
Those who have any ideas and would like to promote their companies or products can contact us via +251911072702 via PO Box 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegram @leemman_entertainment via Facebook :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment
---------------------------------------------------------------
#leemmanshow
#neworomicdrama
#afaanoroomomovie
#afaanoroomotiktok
#ethiopianoromomovie
#afaan_oromoo
#caalaabultumee
#hachaluhundesa
#jambojote
#alibirra
#
@meskimenge5411 @MotessaStudio @hopemusicethiopia @howspecialweare @AbolTV
@VOAAfaanOromoo @meskitube16 @Oromp3 @leeman26 @Kal_Entertainment1 @aanaaentertainment7834 @GoldenRecordsWorldwide @comedianeshetu @DrNafyadGetuOfficial @Finfinnee_Tube_MultiMedia @FegegitaReact @addis214727 @Naoldan @EGEREEMEDIA @qaaliientertainment1841 @fibglobaldaily @teslatwitteruss4 @OBNoromiyaa @fanabroadcastingcorporate @OromiaMedia @WendiMak @barrikooentertainment @BBOYTOMY33
baayyee natti tole guyyaa guyyaan irra deddeebi'een ilaalaa mee namni akka koo jaallattan like godha
Galatooma 🙏🏽
Dhugaa anii dirama ilaluu hin jaladhuu garuu dirama kana baayeen jaladhee jabadhaa qaqaliwwan koo love all guys more ❤❤❤🙏
Galatooma 🙏🏽
Waan hunda dura hasaya keessan jalqabaa hanga dhumatti dukaa bu’een makaa tokko malee afaan oromoo qulqullesitan hasayu keessanitt Baay’ee gammade isin rajefadhes dhaloni waan Baay’ee isin irraa bara dhugaa waaqni umrii isin haa dheressu❤
Galatooma bayye 🙏🏽
Fiilmiin keenyaa afaan keenyaan gudatu qaba saati hin gabaabsinaa 1 fi isaa oli godha maaliif jenaan gabaaba tau hin qabu kanaafuu oromoo koo jabaadha
Galatooma 🙏🏽
Baayee namatti tola hojiin keessan qaalliwwan keenyaa nuf jabaadha hedduun isin jallaadha❤❤
Wow bay'een jalaadhe barumsa guddaa qaba Kan hubatef akkanumti itti fufa oromoo koo🥰😍🥰😍🥰😍
Galatooma 🙏🏽
Parit2pilsi ❤❤❤❤
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Nuf jabadhaa Oro kooo sinin jaladhaa 😘😘🥰🥰🥰💋💋👌👌👌👏👏👏💯💯💯🌹🌹🌹🍀🍀🍀🍀💐💐🙏🙏
Galatooma 🙏🏽
Oh Dirama Dawwaadhee Quufuu
dadhabe keessaa isa tokko jabaadhaa!❤🙏
Galatooma 🙏🏽
ua-cam.com/channels/pQsIg2-lLf-JSo6oU0U_eg.html
Heedduu namatti tola nuuf jabaadhu
Galatooma 🙏🏽
Jabaadha garuu filmii kessan yeroo Isa utuu dherisitani gaariidha
Tolle galatooma 🙏🏽
Anaa haa dhufuu ijolle kenyaa jabduu🥰🥰
Galatooma 🙏🏽
ua-cam.com/channels/pQsIg2-lLf-JSo6oU0U_eg.html
Jabaadhaa! isa tiktookiirraa sirbanirra hojiilee kanneentu isinis, hawaasa kanas fayyada. Aartii keenyaaf copha tokko ta'a jabaadhaa!😍
Galatooma 🙏🏽
jajabadhaa qaliwan kenaa ❤❤❤❤❤
Galatooma 🙏🏽
Film bareduu kana ture lalu koti bayyee gadaa. Jabadha itti fufaa ummataa qashiti ❤️❤️
Galatooma 🙏🏽
Jabadhaa sinii jadhaa yaa ijolee oromoo miciyoo dayimaa tokka akka gargatanii sin gafanii shubisaa oromo siritii dadechii umurinii ishee 12 maloo gagaraa
Galatooma 🙏🏽
Baay'ee nama gaddisiise baay'ee na tolasi ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Galatooma 🙏🏽
Baayyee namatti tola dhugaa rabbii diraman afan oromoo akkas das nama jedhuun waan nama gammachiisu wlly itti fufaa
Galatooma 🙏🏽
Jabaadha. Hojii baay'ee nama boonsu hojjachaa jirtanii jabaadha. Isin Artii keenyaaf utubaa yoo taatan, nuti dagalee taanee isin jajjabeessuun Artii Keenya guddisuu hin dadhabnu. Galma guddaa akka isin geessaniis Abdiin isinirraa qaba. Ulfaadha!🙏
Galatooma 🙏🏽
Good job🙏🤩
Galatooma 🙏🏽
ua-cam.com/channels/pQsIg2-lLf-JSo6oU0U_eg.html
LEEMAAN
leeman
No leemman
Hojiin Garidhaa jabadhaa ijoollee kenyaa
Galatooma 🙏🏽
Jabaadhaa ijoollee oromoo koo, artiin oromoo isinumaan sadarkaa addunyaatti bahaa jira, hojii keessan 100%jaalladheera waanin danda'uun isin bira dhaabbachuuf qophiidha! ummata oromoo biratti ashaaraa keessan keewwattaniittu. naaf jiraadhaa baga oromoo koo taatan
Tolee Baye Galatooma 🙏🏽
Iti jabadha🥰🥰
Galatooma 🙏🏽
wow wow so sweet jabaadhuu
🥰🥰🥰🥰🥰bayee garish jabadhaa
Galatooma 🙏🏽
Wow ijoolle oromo me yeroo hunda film afan oromo babareeda akkasi nuf dalaga me malif yero hunda kan soodda lala tenya galatoma itti fufan yaada kiya
Galatooma 🙏🏽
Hedu nama tolaa jabadha Oromo tiya❤💚❤😘👌
Galatooma 🙏🏽
Wow dhugaa bayyee namatii tolaa qalii wan koo jabadhaa jabaa wan kiyyaa
Dirama heduu namati toludha jabadha ❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚♥️♥️♥️♥️
Galatooma 🙏🏽
Aja'iba Orokoo kanacaalammmo waanta guddan akka isin arginu abdiin qaba 🖤❤️🤍
Galatooma 🙏🏽
Wow jabaadha hedduu namatti tola hojii dansaadha
Galatooma 🙏🏽
Masha ala
Galatooma 👋
Leemman Entertainment Fiilmii babbareedaa afaan Oromoon hojjattanii akka nu biraan geessan abdii qabna. Jabaadhaa
Galatooma 🙏🏽
ua-cam.com/channels/pQsIg2-lLf-JSo6oU0U_eg.html
Bayyee namatii tolaa jabadhaa saboontotaa kenyaa🥰🥰🥰🥰🥰
Galatooma 🙏🏽
Jaabadha qaaliwaan nama❤❤❤❤❤❤
Galatooma 🙏🏽
Heeduu bareedaa jabadhaa ittii fufaa
Galatooma 🙏🏽
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰dhugaa bayyee namtti tollee
Galatooma 🙏🏽
Wow Bayyee namati tolitan qashtii wan koo jajabadhaa
Galatooma 🙏🏽
ww heddu Namati 👍👍
Galatooma 🙏🏽
Fiilmii Afaan oromoo an ilaaleen dafee jaalladhe kana
Rabboonis meelalanis baayeema hojjettanittuu hunda keessaniinuu jabaadhaa
Baayee.jaalladhe
Galatooma 🙏🏽
Jabadhaa Laammii.koo 👌👌👌👌👌👌⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Galatooma 🙏🏽
Wow bayy'ee namti tollaa oromoo koo jabaadha
Galatooma 🙏🏽
Jabadha sanyiiwan koo
Galatooma 🙏🏽
jabadhu hace xiqoo barumusa qaba filimini kesani...
Bayeee namaa gadhisisaa akaaa malee itii fufaaa ❤❤❤
Galatooma bayye 🙏🏽
maati naaf ta'ii qalii .
Dhugaa nati tolee 😢😢😢❤❤❤
Galatooma 🙏🏽
Wwww bayen sin jaldha dafaa debiya malo❤❤❤❤
Galatooma 🙏🏽
We come
Dhugaa bayyee namattii tollaa jabadhaa
Galatooma 🙏🏽
Maaloo isa ittii hanuu nuu fidaa
Galatooma 🙏🏽
Jabadhaa aniis fulaa dhufuu aniis diramaa baredanan siiniif qabadhee dhufaa jiraa
🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Hedduu namatti tolaa dhuga rabbii jabadhuu gurbaa xiqo
Wowwwwwww bayee namatii tolaa jabadhaa
Galatooma 🙏🏽
The best work and I will thought as to best
Thanks 🙏🏽
Jabaadhaa itti fufaa
Galatooma 🙏🏽
Bayyee bareeda
Galatooma 🙏🏽
Hacee xiqaa bayee jaladha ❤💪
Galatooma 🙏🏽
Ittii nu fufa diraama kana❤
Galatooma 🙏🏽
Jabbadha bayye namati tola oromo koo
Galatooma 🙏🏽
Jabdhaa bayee gari dhaa 😘😘😘
Galatooma 🙏🏽
maati naaf ta'ii qalii .
Wow Oromo koo jabadaa
Galatooma 🙏🏽
Leemman Entertainment baay'ee isn jadha 💖
Galatooma 🙏🏽
ua-cam.com/channels/pQsIg2-lLf-JSo6oU0U_eg.html
jabadha 💓💓💓💓
Galatooma 🙏🏽
ua-cam.com/channels/pQsIg2-lLf-JSo6oU0U_eg.html
Wow jabbadha👍👍
Galatooma 🙏🏽
ww bayee baredaa iti fufaa🥰✌
Galatooma 🙏🏽
Respectful
Thanks 🙏🏽
Dhugaa rabbi Bayee dasi nama jedha jabadha👌❤❤❤❤💯 dirama akkana kutan nufi hojadhu please 🙏🙏🙏
Tolee galatooma
Bayy'ee bareeda jabadhu
Galatooma 🙏🏽
wwwww diramni kuni bayye nati tole lalee qufu dadhabe😘😘😘😘
Galatooma 🙏🏽
maati naaf ta'ii qalii .
Jabadhaa bayyeen isiin jaaladha
Galatooma 🙏🏽
gaariidha jabaadhaa
Galatooma 🙏🏽
Wowow baayye namatti toltu jabaadha
Galatooma 🙏🏽
Woowww edduu namatyii tolaa jabadhaa ittii fufaa😍😘😘😘😘😍😍
Galatooma 🙏🏽
Jabaadha sabaa ko🥰♥️
Galatooma 🙏🏽
Jabadhaa ittii fufaa 🙏🥰🥰❤️
Galatooma 🙏🏽
maati naaf ta'ii qalii .
Jabaadha Oromoo koo
Galatooma 🙏🏽
good job dhugaa
Galatooma 🙏🏽
Wow 👌 🌹 jabaadha
Galatooma 🙏🏽
Woooow mlo garuu daftan xummurtan jabadha
Galatooma 🙏🏽
Jabadhuu sanyii
Galatooma 🙏🏽
Good ❤❤❤
Galatooma 🙏🏽
Good 👍 👌
Galatooma 🙏🏽
Dansaadha. Continue more language..... Jajjabaadha
Galatooma 🙏🏽
Wow 💕💕💕💕💕
Thanks 🙏🏽
Wow isin biraa jirraa
Galatooma 🙏🏽
Nama tollaa jabadhaa 💘💘
Galatooma 🙏🏽
Diraamichi baayyee Namatti tola wow
Galatooma 🙏🏽
Woww jabadhaa
Galatooma 🙏🏽
Baayyee namatti toltu jabaadha itti fuufaa
Galatooma 🙏🏽
Be strong our patriots are very good
Thanks 🙏🏽
dirmaan keessan bayye namaa hwwata
Jabaadhaa! hojii bareedaa dha
Galatooma 🙏🏽
Jajjabdha❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatooma 🙏🏽
Jabadha saba koo
Galatooma 🙏🏽
Wawo 😍😍😍😍
Thanks 🙏🏽
wow baaye namati tolaa jabadhaa💖💖💖💖
Galatooma 🙏🏽
wow wow wow jabaadha
Galatooma 🙏🏽
Hoji gariidha garu bayyee gababate
Galatooma 🙏🏽
Namatti tolta dhuga❤❤
Galatooma 🙏🏽
Jabbadha wal jabbefana qaliwwanko
Bay'ee namatti tola galatooma🙏🙏
Galatooma 🙏🏽