Waaqayyo mee kan dhugaa Haa godhu! Kun kadhata uummata keenya maraati!! Garuu sobuudhaan, ammas goyyoomsaadhaan, Wal bituudhaan, shira xaxxaxuudhaan, taanaan Uummata kana burjaajessuu keessaniif kan isin gaafatu hin jiru yoo ta'eyyuu Waaqayyo inni uuummata kana akka qajeeltoodhaan hooggantaniif isin muude teessoo isaarra jira!!! Guyya guyyaadhaanis wanta isin gootan ni ilaala, ni madaala, firdii kennuufis dhiyoodha!!!
Kaayyoon jalqaba waggaa 5/6 dura kessanii bosona galtaan maal akka ta'ee fi har'aa immoo ummataa kanaf bu'aa maal akka fiddan ifatti dubachuu hin dandeenye. "Failing to plan is planning to fail" dubbiin kanuma. Duras kayyoo hin qabdan!
Hi, Slaughter of Walaga shurubbe? He did genocide on Amhara people almost for 4 years. He was supposed to go jail Not sharing some power with Ethiopian government. No law in Ethiopia any way!! The most surprising things is; he is wearing military clothes but he is not military person. He was Gurrela!!
እግዚአብሔር ይመስገን ተባረኩ❤❤❤❤🎉🎉🎉
Shuurruubbee ilmaaa lencaa ummaata kessaniif yadaani nagaa filaachun keessan yomilee kan dagatamuu miti jabadhuu dhiroo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Gotaakoo shurrubbee ummataaf yaduun gotuummaadha atii gotaa ,❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ummataaf yaaduu oggaa jettu maal jechuudha jechi akkanaa jecha ummata oromoo itti goowwomsaniidha garuu ummanni oromoo namaaf gowwomuu bira darbeera
Fakkeeysuun galma nama hinceesisu
Dhiira haadhakee💔💔
Baga lubbuun kun hin badiin baga galte leencakoo
Can somebody interview them about their beautiful hair ?????
Gotaa jabbaa bagaa karaa nagaa filaatan❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤እኔ በጣም ደስ ብሎኛል ስላም ስለሆነ እግዚአብሔር ይመስገን ወንድሞቻችን የቀራችሁ ኑ ግቡልን አትሙቱብን ያለውን ችግር በመነጋገር ፊቱ
የማንም ደም አይፈስስ የአባቶችን የእናቶችን ጥሪ ስምታችሁ ወደ ስላም የመጣችሁ እግዚአብሔር ይባርካችሁ ስላም ለኦሮሚያ ❤ይሁን ስላም ለመላው አገራችን ለሁሉ ክልል ይሁን
❤አገራችንን ስላም ያድርግልን ለእትዮጴያ ይሁን
ሁላችን ወደ ስራ ወደ ልማት ትጉርት አድሪግን እግዚአብሔር በህይውት እስካኖርን በስላም በፍቅር እንኑር እላለሁኝ የማዳም ቅመም ነኝ ከካየት ❤
Bagaa karaa nagaa filaate gotaa koo 🙏🥰
Kanaa duraa jowar istadyeemin ammaa badiraa wbo tiin iftuti turee waqqaayyoo lubbuu kessaan arkatii yaqabuu ararii waqqaayyoo biraa tahee dachee kenyafii yatauu laladha kolfaa yafiraa koo❤❤❤❤❤
Sagalenii kee hin muramee hin dhunee wanii bayee hasotee hudinuu nufii yaa gadhifamuu yoo nagaa fetanii sagalee namaa uguruu babadanii😮😮
Jabaa nama umurii dheera nuf jiiradhuu gootaa koo imimaan haadha hiyyessaa argitee karaa nagaa filatee nagaan biyyaaf lammii keetii galuun keeyyuu waan tokkoo❤❤❤❤❤
Mashaallaah Mashaallaah Tabarakkaallaah Galatoomaa
Dhug bayyeman gmd tokkumaa akkasi argu caala maaltu nm gammachisa malo
Dhugaa ni gammaddee kkkkkkk bar kan isaan irratti waliif galan tokko tahanii diina cabsuuf Osoo hintaane tokko tahanii sirna mililik nugusummaa 7ffaa jalatti oromoo cabsuufi
Baga dhuftee Ummata keetif boqonnaa laatte.
Isiin namotta ilalchaa garii qaban biratti kabaaja gudaa nu biraa qabu galatoomaa waan nu kabajjannif kabajjaama ulfinna argadha🙏🙏🙏❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂
Baga nagaan galtani 😊❤❤❤
shurrubbee ati gootaa oromoof jecha luka duwwa loluudhaan bilisummma adda argamsiste dhugaa saba bal.aa kabajjee dhufuu keef jiraadhuu❤❤❤❤❤
Ilmma keenna qabsaayaa saba miidhamaa oromoo miseesnssa WBO Jal Shurrubbee keenna jannaaf goota keennanBAGA NAGAYA FILATTEE SABA KEETITTI GALTTE. MIIDHAA sabaatiif baate, shira xaxamuuf bu’aa buusuu irra miidhama sabatti Waan dableef waamicha saba keessanii dhageettanii Waan sabatti makamntaniif ulffinnaf galata guddaa qabddu Waaqayyo isin haa eebbisu.TASGGABBAAYAA, SUUTA JEDHAA SABAAF MOOTUMMAA WOLIIN SOCHO’AA. RABBI ISIN HAA GARGAARU. ❤️❤️❤️
Galatoomaa dhugaa 🙏🙏🙏
Jiraadhu lencaa koo gottaa dhugaa❤❤
Abbo galmikee kan duraanis Gamoo argachuufi malee oromoofi miti kan ati qabsoofte
👍👍👍👍👍👍
ለህዝብ ሲባል ወደሰላም መመለስ ጀግንነት ነው 🎉🎉🎉❤❤❤
ሀሀሀሀሀሀሀሀሀሀሀለ አልሆንላቸው ብሎ ምታቸው ጠርቶቸዋል
❤❤❤🎉🎉 GOOTA JEJUUN ISA AKKA KEETI!!
Shurraabee🎉❤
Shabalew😄😄😄baga nagan galeta bro jirdhuu matii keti ini qofe na qabsa jedhu galee haqbasuwu
Waaqayyo mee kan dhugaa Haa godhu!
Kun kadhata uummata keenya maraati!!
Garuu sobuudhaan, ammas goyyoomsaadhaan, Wal bituudhaan, shira xaxxaxuudhaan, taanaan Uummata kana burjaajessuu keessaniif kan isin gaafatu hin jiru yoo ta'eyyuu Waaqayyo inni uuummata kana akka qajeeltoodhaan hooggantaniif isin muude teessoo isaarra jira!!! Guyya guyyaadhaanis wanta isin gootan ni ilaala, ni madaala, firdii kennuufis dhiyoodha!!!
😂😂😂😂galata waaqayon yaa galatomu kan boda abba man argane nuf debi'aniii❤❤❤❤❤
Ayiii yaa Comentii inumaan kolfee 😂😂😂😂😂
@TammiiTammi na sobe malo wari as jiran gurra sani dhadhane bagaa nagaan nuf galaniii
Duramoo dhabdee turtee moo giftii kkkkkkkk
Bravo WBO 👏 👏 👏 👏
bagaa nagaan galtan sanyii ko, yeroon kuni yeroo tokkummaan biyya keenya eegnuudha malee yeroo itti wol nyaannuu miti💪♥
Waqaayyo,siini,haa,eebbisuu,dhugaa,Kani,namaf,dhaga,uufi,waqaayyo,hin,dhagaa,wani,ta,eef,warri,galitani,ebbifama,ammale,warri,hafesi,akka,gale,waqayyo,haa,godhu,ammmas❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
WBO siluma iyyu bekktu abbe eebbifami
Uuuuffffeeee nuuf jiradhaaaaaa bagaa nagaan galtaani ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤des ብሎኛል
Warra galtan Waaqayyo sin haa eebbisu
Warra hafanifis Waaqayyo laphee araara haa kennufi nagaan filaannoo hin qabu ammatti uummata keessan wanti barbaachisu nagaa fi nagaa qofa
Kani nutti baribaanuu nagaa qofaa ❤
𝐒𝐚𝐚𝐚 👊👊👊👊
dhugaa jettee jal Shurrubbe thank you.ati goota Oromoodha
ufatichaanimmoo finxaaliyyii aarsuufiyi?
"Inni galees waraana biliisumaa oromooti, Inni hafees waraana biliisumaa oromoo " galaatomi
Baagaa nagan nugaltee sanyii koo umataa keetifi yadee nagani galu kesanifiii galatoomaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️💚💚🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅👈
❤ 1:48 ❤
www baga nagani galitani galatoma kabajatu sin mala❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
atii dhugaan gootaa oromoottii❤❤❤
Warra hafees nagaadhaan maryadhaa .dhagaa walittii guuruun hin barbaachiisuu
Kaayyoon jalqaba waggaa 5/6 dura kessanii bosona galtaan maal akka ta'ee fi har'aa immoo ummataa kanaf bu'aa maal akka fiddan ifatti dubachuu hin dandeenye. "Failing to plan is planning to fail" dubbiin kanuma. Duras kayyoo hin qabdan!
Leencaa koo ❤❤❤
Alhamdullah rabbiin walii haa galchuu oromoo koo
Waan gaariidha.mootummaan waan kana cimsee irratti hojjachuu qaba.hirmaannaan ummataa baayyee murteessaadha.kanaaf ummanni waamicha nageenyaa ammaas cimsee geggeessuu qaba.Araarri waan gaariidha
Namatti tola galata qabdu jaallan keenya❤
Galataa waqaayoo ❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoof gallanni baruma baraan haa ta'u. kana arguukootiif Waaqayyoon galateeffadhee dhiisuu hin danda'u!
Bagaa nagan galtani oro❤❤❤❤
nuuf jiirradhaa❤❤❤❤
Naga filachuun Garii Lakin Bodde ke ✌️ Sidhumatte
Hi, Slaughter of Walaga shurubbe? He did genocide on Amhara people almost for 4 years. He was supposed to go jail Not sharing some power with Ethiopian government. No law in Ethiopia any way!! The most surprising things is; he is wearing military clothes but he is not military person. He was Gurrela!!
Waaqayyoo yaa ulfaatu
Shurrubbee, Nuuf Jiraadhuuuuuuuuuuuuuu,
Bagan galtaan sanyiwwan kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Namati tola, tokuma amas tokuma!
Goota ati wallaahi 2:53
Egaan lubbuun badaa ture akkasumaankaa
❤❤
Welcome home
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Bitamtu amma galte miti oduu afuufuu dhiisi waan argatte firifaarii biltsiginnaa funaannadhu callisi
Achuma taa'ii uummata kana darari warra jedhaniif jedhe uummata dararaa turuusaa amanuudha kaa
Kanas ta'u sanas ta'u baga nagaan galtan
❤❤❤❤❤❤❤❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Shurrubbee afuftuu wii kanaan dura dhiira fakkataa amma garuuu dubartii akkati taatee adda baafadheeraa
Safuudhaa Abboo
waraa biyaa bulchaa turanif qabsawan malee waraa biyaa bulchaa jiraani fi mitii 😅😅😅😅
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baga nagani galtani❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gara marii nagayaatti dhufuun gootummaadha. Imimmaan hadhoolii Oromoo dhaabbachu qaba jechuun beekkumsa.
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baggaa araramtani rabbitu jalata❤ warri jibbita araraa ilmaan sexanati
Alagaa jechuun eenyuu?
Yoomituu Humna Raayaa Ittisa Biyyaa ta'aani duurumayyuu lsaanumatu biyya goolaa turee safuu dha
Hayyee
Jaal shurubee yeroo na rebde sana dhifama na gaafatu
Namoonni tokko tokko nageenya ummata keeysaniitiif galtanii isin gootaa jedhanii hafarsaa jirtan namoonni yaada akkanaatiin ummata goowwomsuuf yaaddan isiniif hin milkaahu maaliif jennaan ummanni isaanii maal arkateeti kan galaniif isaan galaniif hoo ummanni maal argata??
Ummanni oromoo kan nagaya waaraa argachuu danda'u yoo murni Aangoorra jiru sammuu jijjiirratee rakkoo siyaasaa bu'urarraa buqisee tiyya qofaatu isiniif ta'aa dhiisee dirree siyaasaa baballisee morkitoota waliin Araara seera qabeeysa fi haqa qabeessa taasise qofaadha
Hekeraa mililik jalattiiin nugusummaa 7ffaatiin isin bulcha jechaa kaan maallaqaan bitee galchee kan bitamuu didee haqarratti ciche maqaa balleeysuun nagaya buusuu otoo hintaane kana caalaa nageenyi akka badu taasisuudha fakkeeysuun nagaya hin buusu wanni amma deemaa jiru kuni fakkeeysuudhaan ummatatti qoosuudha
Baga galtan ❤
Jal Shurrubbee hubattuf kutattuu Oromoo❤
Jal surubee 👎👎👎👎👎👎
Baga nagaan galte nagaan hunda caala eebbifami
😂😂😂😂😂😂😂😂sareee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baga beektanii yaamicha dhageessanii galtan,anaa galuu
Moo yaasaree osoo osoo waan sinjeedhaan beektee waan sikennan hinnyaattu" jedhan
wallagi gantuuuf yartuuu akka keeti hin qabduu turte garuu ati silayuu dhugaaf hin bane hatuuf samuuuf bate malee. shanee galte wbon dirre irratti hafe jira.
Dhugaadhaa umataa samtee dadhabdee galtee samtuun walagii gotaa scrimmage jetee ABO amayuu lolaa jiraa ❤❤❤
ETHIOPIAN ARMY❤
Shurube gatu saba malaqa
21 Centary Gobana
Account isaa qoradhaa malee warra saamaa turanii, quufanii galaniidha, malee wbon inni biyyasaaf qabsa'a jiru, jaalmarroon hoogganama.
Dhuguma kettii shurube ko
Enyyummaan oroomon hindaagaatanii
Bagaa Nagaa galanii ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 dhugaa keti jete qalii 🎉🎉🎉🎉🎉
Nuf jiradhaa waggaa kumaaa uuuuph
ayy almeslten😊