Dr Abiyyi Ahimad turtii OBN waliin taasisan

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 6 лют 2025
  • Ministira Muummee Itiyoophiyaa

КОМЕНТАРІ • 2,1 тис.

  • @chaliwegga944
    @chaliwegga944 4 роки тому +27

    Dr abiy ani oromummakeetti shake hin beeku kessumaa iyyuu yaada qajelaa ati qabdu bayyen diqisifadha waqayyoo ammaa iyyuu bekumsa fi hubannaa salamonif kennee sifiis ha kennu ani shaki hin qabu akka waqayyoo sidukaa jiru lubukee nuf haa dheressu ebbifami nuu jiradhuu ❤️❤️

    • @shibirathyupia8458
      @shibirathyupia8458 4 роки тому +1

      EBIFAMI dhugaa annilee
      Akkan Jedha waqayyoo hunda
      Da'daa ameen ❤❤❤❤❤❤

    • @FgDh-q8d
      @FgDh-q8d 2 місяці тому

      ❤​@@shibirathyupia8458

  • @adanich1233
    @adanich1233 4 роки тому +16

    wooooooooow woooooooooow Abichuu jabadhuuuu💐💐💐💐💐💐💐🍁🍁🍁🍁🍁🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Abaa jalala attu jalala yaa Abiyyi Abaa jalaala nulee sii jalaana jabadhuu dhigaa koo🌺🌺🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

  • @walyahahmed7127
    @walyahahmed7127 3 роки тому +34

    meee rabii jedhii ijoolee sud Arabiiyaa sanaa galchii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @RahmmaAf
    @RahmmaAf 9 місяців тому +3

    Abichuu mee oromumaa kee nuu ibisi ijolee biyyaa arabaa hidhaa kesaa nuu basii sii jalanaa atti oromoo dha ❤❤❤

  • @صابره-ش5غ
    @صابره-ش5غ 4 роки тому +6

    Dr Abichoo isn jalana isn kabajan hoji kesan dhuga qabataman araga jira 🇪🇹🇪🇹🇪🇹😍😍😍👍👍👍👍👍

  • @mekditube8754
    @mekditube8754 4 роки тому +14

    Nuf jiradhuuu Abichuuu🙏🏻❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @noahmerkebdegaga358
    @noahmerkebdegaga358 3 роки тому +18

    የአፍሪካ ተስፋ የብልጽግና የፓርቲ መሪ አንተ ድንቅ ነህ!!!!!!!!!!!!!❤❤❤❤❤❤❤❤አምላክ ይጠብቅሃል በርታ.

  • @atsadutilahun5077
    @atsadutilahun5077 4 роки тому +12

    Rabbi sii haa gargaruu Abichuu koo waan hunduu rabbii wajiin jabbadhuu

  • @ለባለጌጠላት
    @ለባለጌጠላት 3 роки тому +13

    He articulated his ideas and does it so with confidence and conviction.

  • @riyadyoussouf3677
    @riyadyoussouf3677 2 роки тому +2

    Hayyee d c abiiyyii yoofeete amaras tahi yoofeetee oroms tahi namni niyya bul chu akka keetii kanaa

  • @jessus2607
    @jessus2607 4 роки тому +26

    Dr Abichooooo ለዘላለም ኑራልኝ የጌታ ጅግነ በርተ እኛም ከጎንክ ነን

  • @wakoyagirma6949
    @wakoyagirma6949 4 роки тому +70

    እውነቱን ለሚረዳ ሰው የቻልከውን ለኦሮሞ ህዝብ ሆነ ለኢትዮጵያ ህዝብ እየሰራ ነው ያለው አምላክ ከመላው ቤተሰብህና ለሀገር መልካም ከሚያስቡት ሰዎችን ጭምር በኪነ ጥበቡ ይጠብቃቹ።አሜን

  • @janankeedubaijanankeedubai8922
    @janankeedubaijanankeedubai8922 4 роки тому +10

    Abichuu koo nuf jiradhu 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @GetasewShumii
    @GetasewShumii 5 місяців тому +5

    Wow Lenca oro baga dhalatee 🇪🇹🇪🇹🇪🇹
    Dinaa si looluu yaa duu bee yeeroo tokkoo qoofa Ettii jii jiiraamii mootii Akaa kee Adu nyaa nii waalakaa Enii qabane. Of tuultii jabadhu Lenca 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @AmranMahamud-s1l
    @AmranMahamud-s1l 11 місяців тому +3

    Jiradhu umrinsiha dheeratu

  • @asmaamail132
    @asmaamail132 4 роки тому +16

    በርታ የኔ ጀግና የጣህ ገደል ይግባ የምንወድህ ካንተ ጋር ነን አላህ ካለ የኔ ምርጥ

  • @yenu12-f6v
    @yenu12-f6v 4 роки тому +11

    Abishu wagga 100000 nufi jiradhu 👍👍👍👍👌💯

  • @fathiyafathiya2651
    @fathiyafathiya2651 4 роки тому +16

    Abbichu nuuf jiraadhu 100000000000 amet niguus

  • @tesfayediriba2899
    @tesfayediriba2899 4 роки тому +10

    Our Hero Exellency Dr Abiy, I wish long live!! I thank OBN to invite him as to share his experience for us!!!

  • @kiyaethiotube1253
    @kiyaethiotube1253 4 роки тому +13

    አቢቹ የኔ ጀግና😍😍😍😍

  • @chaltushemu7952
    @chaltushemu7952 4 роки тому +12

    Dr Abbichuu Jabadhu

  • @shewuyemareyamlijshewuyema2132
    @shewuyemareyamlijshewuyema2132 4 роки тому +12

    Dr Abiy Egziabher Amelak ke kefu hulu yitebikot Rejim Edime na tena yistot wedddddddddd

  • @robarobert6370
    @robarobert6370 4 роки тому +6

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ si jallaan dokteer

  • @user-lx5iv8ji2tHomeboy
    @user-lx5iv8ji2tHomeboy 3 місяці тому +1

    እንኳን ደስ አለህ ለኦሮሞ፣ ለኢትዮጵያ፣ ለአፍሪካ፣ ለአለም፣ አንተ ድንቅ ነህ በሥራ አለም ያደንቃሃል መሪያችን እንወዳሃለን ኑሪልን❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bahiyasharafaldin2735
    @bahiyasharafaldin2735 4 роки тому +2

    dr Abyi jabadhu attii gowwoottaf bottan qabduu gotta koo attii 💗💗💗💗

  • @halemahalema6508
    @halemahalema6508 4 роки тому +7

    Abiyii kasayee biyee kijibii guraa sii qabanii saree akaa ketii imaa mililikii duanii akaa ketii kanatuu nuu buchaa argaa kee sii hin barabaduu

    • @mmogavkefiling
      @mmogavkefiling 3 місяці тому

      seexana ati isheen akkana haasoftu tun sare

    • @BahiyaSharafu
      @BahiyaSharafu 2 місяці тому

      Ajjab Arrabba keettii saffubboo

  • @taethio3266
    @taethio3266 3 місяці тому +2

    ቋንቋውን አልችልም ግን ሁሌም ልክ ነህ አምንሀለው

  • @Kedutube-sc3jx
    @Kedutube-sc3jx 6 місяців тому +3

    An takkaa oromummaa kee shakkeen beeku jabaadhu gamna keenya qabsootti jirtaa amma biyyinuu jijjiiramtee jirti jabaadhu dr keenya ❤❤❤

  • @Askal-z9g
    @Askal-z9g Місяць тому

    Waqaayyoo baraa jirenyaa kee yaa ebisuu ammaraa si yaa eguu❤❤❤🎉🎉

  • @TujjaarAbdallah
    @TujjaarAbdallah 4 місяці тому +1

    💗💗💖❤️‍🔥dhuga keti Abiyyu nuuf jiradhu ❤❤❤❤❤

    • @AhmadNuur-o3z
      @AhmadNuur-o3z 3 місяці тому

      Ahmadanur Gaalii woti haran maalii

  • @lizaliza8289
    @lizaliza8289 4 роки тому +10

    Jabadhu abichuu Koo 💪🤙 🤙

  • @hzssjs6551
    @hzssjs6551 4 роки тому +16

    ዘረኝነት ኢትዮጵያ ውስጥ ዛሬ በኛ ዘመን የመጣ አይደለም ትዳር እኳን የከሌ ዘር ምንናምን ይላሉ ከሀገር ውጭ ያሉት እንኳን ኦሮሞ አማራ ኢትዮጵያ ምናምን ለወረቀት ብለው ፆታ ቸውን ይቀይራሉ ስለዚ አይዞህ የኛ ጀግና

    • @birtukanmerga6747
      @birtukanmerga6747 4 роки тому +2

      እውነት ነው

    • @hzssjs6551
      @hzssjs6551 4 роки тому

      @@birtukanmerga6747❤❤✌😍😍🙏🙏👍👍💯ለሁ @ አመስግና

  • @yaarabbiikoobosafisodaakee1211
    @yaarabbiikoobosafisodaakee1211 4 роки тому +7

    Saarichaaa wayii argama namachaa kanaaa uffffffi rabbiini sii haa kasuuu inshaa Allaah😭😭😭😭

  • @TolashiApp
    @TolashiApp Місяць тому

    Anii yeronii yaduu magistii fana naamnii wali wanii qunamuu natii fakatuu turee mee😂😂😂 abuchuu malumafuu sitaa toluu garuu odoni sii argadhee natii tolaa sin jaladha😍😍😍😍

  • @lemikaleku5453
    @lemikaleku5453 4 роки тому +2

    Abbiiyyi kooo jabadhuu si faana jirraa hololaa hin dhagahin ati gooootaa dhugaati....mallaqa itiyopiaayaa 1(tokko) kan hin hanneedha ati si waaqatu nuuf kennee ...waan saa turee nuuf gala .!!❤❤❤❤

  • @ናርዶስአየለ
    @ናርዶስአየለ 4 роки тому +49

    አቦ ለማ መገርሳ የት ነው ያለው
    እሱን ጠይቅልን ምን አድርገው

    • @dainasalmon6756
      @dainasalmon6756 4 роки тому +1

      Kerestna ABATU isayas kelbu leman alwededewm lezi new eschew sefekdu yemetal Abiye kekoye 😂😂

    • @abrahamyohanis8589
      @abrahamyohanis8589 4 роки тому +1

      እውነት ነው ለማ የትነው

    • @shaaficidahir2268
      @shaaficidahir2268 4 роки тому

      @@dainasalmon6756 p

  • @bxhdhxnxb5718
    @bxhdhxnxb5718 4 роки тому +17

    Yaddaa kanaratii dhugaadha namnii kenyaa guddicha nama ynk mijachuu nama hin jalatuu
    Ani yeroon garaa biyyaa ormaa dhufee hojaadhe of jejjiruu barbaduu dhimaa wayitif karaa tokkoo deemuu barbadee obbolesii tokko Akka naa wajiin deemuun gaafaadhe
    Obbolesii suuni Tolee naan jedhee jechaa tokkoo naaf ibsee
    Innis warrii farnjotaa guddina ynk jijjirama nama tokkoo yoo Argaan wwwww jedhanii harkaa walitii rukkutu giddins saanif hamilee Namaf keenuu 👈🏽jedhee
    Garuu namnii kenyaa guddinaa namaa ynk jijjirama namaa yoo Argaani ni gaddu hamilee namas busuu 👈🏽 jedhee
    Egaa nama kanaa ofiti qaba hin innafina hamilee kennafi yoos nuus ni guddaana👏

    • @safaasafaa6973
      @safaasafaa6973 2 роки тому

      😍😍😍😍😍😍😍😍💝💝💝💝💝💝💝

    • @TsigeTsie
      @TsigeTsie 7 місяців тому

      ❤❤❤of course galatomi jecha kana nuf ibsu ketif❤❤❤❤​@safaasafaa6973

  • @tisgekaafniinama1538
    @tisgekaafniinama1538 4 роки тому +16

    ትክክል ነው ኦሮሞ እርግማን ግፍ ይፈራል ግን አሁን ኦሮሞ የምሉት ኦሮሞን የምያሰድቡናቸው በእውነት አንተብቻበርታ

  • @WerkeAlemu
    @WerkeAlemu 4 місяці тому

    Namni sin shaakuu shaakaamtuudha umurii keessaa dachaa dachaa haa daabaluu gaafii aaduunyaan deebii dhaabeef furmaata ta'a eebifaama waaqayyoo kaan caaluu sif haa keenuuu jireenyaa bara baaraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ani baayeen waaqayyoon gaaladhaa waa'ee keessanif

  • @ziiriiyaniidarasoo7303
    @ziiriiyaniidarasoo7303 2 роки тому +1

    Jiba kanafu oromoni akati Kabaja aragate jenyudha bakudati ya allllllll الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله الله

  • @zeytuuannolee9552
    @zeytuuannolee9552 4 роки тому +6

    👍👍👍👍 Sii akkumaa atuu jette rabbin sii gargaraa

    • @BashoTrio
      @BashoTrio 4 місяці тому

      👏👏👏👏👏🙏

    • @BashoTrio
      @BashoTrio 4 місяці тому

      👍👍

  • @ማረናታማረናታ-ጨ4ተ
    @ማረናታማረናታ-ጨ4ተ 4 роки тому +13

    ምጥ መሪዬ ሽ አመት ግዛን

  • @oromiyabirthoromo1916
    @oromiyabirthoromo1916 4 роки тому +9

    long live king abichu we love you

    • @sofiahussein9371
      @sofiahussein9371 4 роки тому +2

      ስዉዲሽ በአስተሳሰብሽ 😘😘😘

  • @sifanandjitusifanandjitu3389
    @sifanandjitusifanandjitu3389 4 роки тому

    Sare Abiy 👇👇 sobaa

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 2 роки тому +1

    Abichuu abba mala womtu hin batuu jala ❤❤❤✊✊✊

  • @mooneetsolomon9995
    @mooneetsolomon9995 4 роки тому +22

    Oromoo bilisumtee jetuu yeroo hundaa essa jiraa ok ilmaan oromoo du,uudha mirgaa dubbachuu dhabbuudha yaa rabbii imaani ilmaani oromoo lafaa hin godhni

    • @kemotube7302
      @kemotube7302 4 роки тому +1

      Ammas olaantummaa seeraa eeganii mirga ofiitiif falmachu mootummaan hin dhorkine irra caalaan keenyammo worra qabeenya ummataa balleessaa lubbu namaa balleessaa mirgiko naaf haa eegamu jechuun fafa mirga ofii kabajsiisuuf dura olaantummaa seeraa kabajuun dirqama keenya

    • @tgabebe4094
      @tgabebe4094 4 роки тому +1

      @@kemotube7302 beeki Abbo kana kan nurraa eegamu dura dirqama keenya bahu qabna mirgaa keenyaa gaafachuuf.

    • @sadoman7640
      @sadoman7640 3 роки тому

      Dr Abiyyii wly Dhugadh Atii

  • @burriqabuluq269
    @burriqabuluq269 2 роки тому +3

    Why you killed Hacalu? Why are killing Oromo civilians and ABBA GADAs? Abiy Ahmed that is a proof that you are an adopted son...not Oromo by blood?

  • @yeshibelete486
    @yeshibelete486 4 роки тому +11

    🌷⚘🌱🌱🌲🌲🌹🌹🌲🌲🌲🌲🌱🌱nama.kaayoo.jaabadhuu

  • @BahiyaSharafu
    @BahiyaSharafu 2 місяці тому

    Hojji keirratti jabadhu hin dhaga,in xaxxa gadhen xaxxuu ,waa meqa rawattee rawwatte maqqa kee balleeuuf jecha kan dha,amarrttu bayy,edha Attii Jabadhattii Hojjii kee irattii Rabbii Insiif Hisddii sirra haa Eggun jedha ,,,,jabadhu

  • @user-lx5iv8ji2tHomeboy
    @user-lx5iv8ji2tHomeboy 3 місяці тому

    Waaqayyo umrii dheeraa fi fayyaa gaarii akka isiniif kennu abdii qabna❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ephphataha
    @ephphataha 4 роки тому +6

    Dear Dr Abiy Ahimed prime minister of Ethiopia ! you are blessed, highly wised, i have to say one thing , it is your wisdom and imagination is >= requesting the generation answer. Your enemy is just like Dianosseres ,i.e one day they will disappear from the season. Jesus Christ with you, Jesus helps in his wright hand !! God Bless you 4'ever!!

  • @sofiahussein9371
    @sofiahussein9371 4 роки тому +15

    አስለቀሳችሁኝ እንባየን መልሱ 😢😢😢 ለካ ምርጥ ምርጥ የኦሮሞ ልጆች አሉ ኮመንቱ ጠቅላላ የአብይ ደጋፊ ነዉ. 💚💛❤ እወነተኛ የኦሮሞ ልጅች አገር አጥፊወችን ምክሩ አዳንዲ የትግራይ ተወላጆች ምን ይላሉ ኦሮሚያ ትደዲ ትግራይ ክልል ግን ኮሽ ካለ ወጋ ትከፍላላችሁ ይላሉ አያችሁ ምን ያህል ብልጦች እደሆኑ ከዛ እኛ ወደ ስልጣን ስንመጣ እናለማታለን ይላሉ.

  • @bekridano
    @bekridano 4 роки тому +5

    Abyi you are the best. I am totally agree with you. I am not born far away from the place you born you are the best Oromo.we all hold others together and form best Ethiopia for all.

  • @riko-do9hl
    @riko-do9hl 4 місяці тому +2

    mee rabbii jeedhii notewrkii nuf gadhisi salalee maati keenyaa yanee❤❤❤😂😂😂😂😂

  • @CabdiMuuse-lj2ry
    @CabdiMuuse-lj2ry Рік тому

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉aka oromo tii hasawagah irafata thnee dabarse Jira dokthr abiyi oromo yo galefi jechi Kun irhafathmu qabuuu yomomahhuu❤🎉

  • @ganatnugusee4583
    @ganatnugusee4583 4 роки тому +6

    Tolee kaa garuu jabaadhuu ❤️💚❤️💚ⓄⒽⓄⓂⓄⓄ💪

    • @kiyyachannel7316
      @kiyyachannel7316 4 роки тому +1

      Jabadhu kan jetu oromodha jedhe oromo waan ajesefidha

  • @sifanlove2937
    @sifanlove2937 4 роки тому +7

    Doctor abiyi haccee keena entuu nyatee

  • @መሪየም-ጨ3ዀ
    @መሪየም-ጨ3ዀ 3 роки тому +9

    አብቹየ🇪🇹😍

  • @Maka0-o6s
    @Maka0-o6s 6 місяців тому +1

    Dr abiyii saboona oromo hin jalana❤

  • @AhwiiBiyyaa
    @AhwiiBiyyaa 8 місяців тому

    Guddaa galatoomaa gaaffiin deebii dhabuu hin jiruu ❤❤❤❤

  • @birke9166
    @birke9166 4 роки тому +7

    Waqayo karora kee fi abuju kee siif yaa dhugumisu umuri dhera waqayo sii yaa kenuu Dr abiyyi

    • @اللهمساعدني-ط5س
      @اللهمساعدني-ط5س 4 роки тому +1

      gadhee namni sammuu keetiin xabatu dem asii👊👊🔪🔪🔪

    • @ashenafigetu4671
      @ashenafigetu4671 4 роки тому +1

      kayoonsa oromoo ballesudha. inomoo yommiyu hin tahu akka gadafitti tubbo kessatti du'a

  • @tarekegnhaile3527
    @tarekegnhaile3527 4 роки тому +30

    ani kan na dhibu kun abiy meeqadhaa? inni gaafa "Nobel peace prize" fudhate abbaan koo oromoo haati koo immoo amaara jedhe isa kami iini har'a abban koos haati koos oromoo jedhe isa kam???? wayii sobaa akkam fokkisaa! moo abiyitu qaama lamaan hojjetaa?takka oromoo ,takka immoo amaaraa? akkasii dubbiin sitti dhumatte

    • @arabyb3254
      @arabyb3254 4 роки тому

      Akkatti ummata oromo itti gowomsuuf yaalu saren

    • @meskeremgetachew1357
      @meskeremgetachew1357 4 роки тому

      Muu inni maalummaa isaa iyyuu dagateraa akkamiti namnii haadha lama qabaa safuu wayya kessattii maratee namichii

    • @Oromography
      @Oromography 4 роки тому

      Hh gurbaan marate jira

    • @obseetasgaraobsee7114
      @obseetasgaraobsee7114 4 роки тому +1

      Mee gafadhu aniyuu kantuu dhibee afaan kudhan dubataa takka oromo takamoo Amara jedhaa walisaayuu namaf hingaluu haaboo

    • @nardosabdu4638
      @nardosabdu4638 4 роки тому +1

      Saah soba isaa dadhabne

  • @lastseniqueensena7271
    @lastseniqueensena7271 4 роки тому +34

    Koye isan oromo yoo tahaan maalfi naftenya ilimo oromo maaf eriga haccukenyaf mafa dhugaa hin basu isani dubatan fi kan hoojaataan waaliibraa hin dhufu

    • @yewalolij3604
      @yewalolij3604 4 роки тому +1

      Kan afaan keetiin dubbatte kana osoo irraa hin hirr'isin dalagaarra olchi haasahuun faayidaa hin qabuu

    • @rahelabebe7854
      @rahelabebe7854 4 роки тому +2

      isaan jettaani sanu isa jechuunu itti guddate

    • @zenashlikisa8777
      @zenashlikisa8777 4 роки тому +3

      WOW ❤

    • @jamalabdullah783
      @jamalabdullah783 4 роки тому +1

      Oromo fixee ta

    • @ibrahimanwar978
      @ibrahimanwar978 4 роки тому +2

      Dhuga keeti! Gaafii dhuga fi ifa ta’ee kan garaa Ummata Oromoo kessa jiru gafatte. Galatomi Ati. Garu gaafii kenya Hojii hottatun Gantu fi Diina Oromoo ta’uu isaa Guyyuma Guyyan Nuuf mirkanessa jira. Nafxanya Haadha Raaw kana🦶🦶🙅‍♂️🙅‍♀️

  • @sumeeisilam2739
    @sumeeisilam2739 4 роки тому +2

    Jiradhuu leecaa Kenya 😘😘😘😘🇪🇹🇪🇹🇪🇹💞💞💞💞💞💞💘💘💘💘❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @Dhalatuu
    @Dhalatuu 3 місяці тому

    Dr abiyaa ahimed rabbiin si qabnee ijoolee saudi galchii kan mana hidhaa jiran ittin ansee biyyaa kenya darraa nagaan nuf tolchii umannii kenya dhumee

  • @yohannes7901
    @yohannes7901 3 роки тому +4

    It is a blessing to have some one like you who does love his country and the people. More power to you PM Abiy.

  • @konju283
    @konju283 4 роки тому +16

    ፈጠር ከነቤታሰብክ ይጠብቅህ ምርጥ ማር

  • @liya1048
    @liya1048 4 роки тому +14

    OBN Jajabewaan Koo Hojjii Heduutu Sinira Egaama Cima Itti Fufa.Hanga Sila Hojechu Qabdan Gadii Jira Waan Taef You tube Itti Fayyadama Samuu Dhalotaa Qarra Dhugaaf JirtuuTi Ni Injifatu

    • @ashenafigetu4671
      @ashenafigetu4671 4 роки тому +1

      yom si qarre si domsee malee?

    • @addisbereke1505
      @addisbereke1505 4 роки тому

      @@ashenafigetu4671 hahahahaha ilaa oromoon kan jalatuu kan isaa qaruu Osoo hin tanee kan isaa qaluu jalataa bitadhaa.. D/R abiyi nama tokkuma barbadudha jaween immo umataa adda hiree kophaa kopha hanbisudhaa kayyon isaa kessatuu ijoolee waqayoon amanan fixee kiyyoo sexana jalaa galchuu barbadaa yomiyuu d/r abiy karaa siridhaa ,warii karaa kana him barbanee immo kunoo dhigaa lammi Kenya lolasaa jiruu

    • @ashenafigetu4671
      @ashenafigetu4671 4 роки тому +1

      @@addisbereke1505 abiy wanti gariin inni hojatte malidha? ummata ajjesu ficicisisudha? jawar namma kam ficissise afan keyhan dubbana, adda keyhan jirrana eyhuma keyha hin jijjiru akka waqni nu hummetti jirrana jechun ballesadha? jawar yakki isaa tokko qofa sabba saf quqqamu satti. taddese birru, mammo mazamir, kkf akkuma amma atti yakkite kannatti yakkamani ajjefaman garru ballesan issani tokko qofa saba sanif quqqamu sanitti.

    • @Oromography
      @Oromography 4 роки тому

      Down 👎abiy must go

  • @MakiArsi-m5l
    @MakiArsi-m5l 15 днів тому

    Anii har'aa illee boruullee hedduu sii shakka oromoo ta'uu kee b/c anii oromoo jechaa harkii Kee dhiigaa xuraahu hin qabuu turee sii galee so kanaaf atii oromoo jechuu hin dandeenyuu ok👌👌👌

  • @enmaaapp8839
    @enmaaapp8839 11 місяців тому

    Kabajama fii jalatama umata OBN kabjadhan gafii tokko qabba gafiin kiya ijjolen mana hidhaa malif achitii dhuman suditi irra baratanii.jirani hin gaya akka nuf bayan kabajadhan issin gafadha ????? Sagalen dubachuu barbada kan kana irra hafe wayee oromo n tokko ta,ee jalaalafi kabajadhan akka wojjin jiratu hawaii kotii tokko tanee akka demnuu isinin jedha Sagalen oromo n tokko❤❤❤❤❤❤

  • @shewuyemareyamlijshewuyema2132
    @shewuyemareyamlijshewuyema2132 4 роки тому +11

    Hammaa keessaan kaan yaduu irraa isiin yaa Olchuu nuuf jiradhaa Lencaa Lencaa Ollii wedddddddddd

  • @ofinbontube6350
    @ofinbontube6350 4 роки тому +5

    Dr. Jabadha rabbi rakkoo tana nurra haa dabarisu

    • @zamzammustafa1420
      @zamzammustafa1420 4 роки тому

      😷😷kijibni kun korona calaa

    • @zamzammustafa1420
      @zamzammustafa1420 4 роки тому

      Dursa abban koo oromodha hatii koo amaradha jedhe amma maal hasaya mummichi ministeera kun jarana kkkkk

  • @senahailu3193
    @senahailu3193 4 роки тому +6

    Abiya waqayoon siwajina jira ayizoke Abiya ati waqayoon giza hunda siwaji jira jabadhu amale waqayoon umari gutu sifa hakanu ati gudadha waqayoon dabale dabale sife hakenu giza hunda si dubanajirana

  • @MekonnenChimdessa
    @MekonnenChimdessa 2 місяці тому

    Umurii kee haa dheeressu jiraadhu!!!❤❤❤❤❤

  • @sinboot9110
    @sinboot9110 3 роки тому +1

    Tishii atii oromoo mitii maa ijolee oromoo fixaa osoo oromoo tat'e😎😎😎😎🙂🙄🙄😷🙃🙃🙃😝😝😜😜😛😛🤓🤓🤓🙉🙊☻😠😩😡😡😡😡😡😡😵😳😳😧👺👹👹

  • @yussraamedia3452
    @yussraamedia3452 4 роки тому +9

    Kkkkkkk
    Hati issaa yom galtee oromo tatee? 🤔 😍 Gaffaa nobel fudhatee waraa addi affan hin bekaa jetee sobdee🙄🤔 salphatan wayi..... Rabbiin.... Sihaqajechuu nufideee osso si arguu badheee

  • @AgewKemant
    @AgewKemant 2 роки тому +7

    VICTORY FOR OROMO DEMOCRACY FREEDOM FIGHTERS WBO ♥️🌳♥️✌🏽
    Psalm 6:10
    All my enemies will be overwhelmed with shame and anguish; they will turn back & suddenly be put to shame☝️ AmennnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnnnnnnn🙌🏾🙌🏾🙌🏾♥️🌳♥️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @hinantube3799
    @hinantube3799 4 роки тому +10

    Egaa akkas ta'ee mumicha Kenya Hacaluu Kenya hoo maltu nu jalla nyatee. Kana nuf himi mee

  • @DinkeFikadu
    @DinkeFikadu 5 місяців тому

    Jiraadhuu gootaa Koo ❤❤❤❤ oduu nama hin dhagahin

  • @koromiiwood866
    @koromiiwood866 4 місяці тому

    D/A si jaallanna leencca orommoo❤❤❤❤❤❤❤

  • @ethiopiamusicdevelopmentha830
    @ethiopiamusicdevelopmentha830 2 роки тому +3

    Oromoo ta'uun kennaa waaqaati ,malee raajii biraa miti Uummata kamuu yoo taate,Uummanni kee sii qaaliidha.ani Oromoodha ofiin jechuun waan Oromoon raajii ta'ef osoo taane ,oromoo waan taanuuf .Oromoo ta'uun qixa nama kamii ta'uudha,oromoon akkuma saba kamiiti .sabni addunyaa kanaa hunduu seenaa mataa isaa qaba,saboonni seenaa addunyaa kanaa jijjiiran hedduudha.nuti garuu iyyummaa dhuma hin qabne keessa teenyee akka waan oromoo ta'uuf DV itti guutaa jiruu sanyii dhala namaa qorachuun kun wallaalummaadha.osoo of moggaasuun sanyummaa namaa kenna ta'ee Ingiziitti of moggaasuudha isiraa'el,chaayinaa ameerikaa fi kkf of moggaasuudha ture.ani oromoodha jechuun oromoo waan taaneef malee kooluu galtummaa sanyii miti.maaloo kana keessaa haa baanu.

  • @mohdbornyoung5843
    @mohdbornyoung5843 4 роки тому +8

    Oromuman ke shaki qaba, oromon oromo hinyatu,bulgu naftanyaa biyyeen sii hanyatu

  • @robarobert6370
    @robarobert6370 4 роки тому +12

    abbichuu koo waqaayyoo goftaan si wolli jirraa motii kenyaa woggaa kumaa bitii ati

  • @AyanaTolawak
    @AyanaTolawak 19 днів тому

    Yoomi iyyuu naminii akka Dokiteri Ahabii in dhalatuu eggaani dhufee finifinee kessatii kabajaminee

  • @asmaasry1534
    @asmaasry1534 Рік тому +2

    Akkaa abbaa biyyatti yaddaa garii dhiyesitee nufii qodaani jirtuu dhugaa dubachuf ijifaanoo kanaa argguf hawii guddaa turee alihmadulillah mutummaa oromoo tattani arigamuu keessanif Abbiy Ahamdi nuf jirdhaa umurii dheradhaa akkaa nufii ibissittanitti isni ennaa jijjiramaa kan biratis. mirrgii umattaa haa nufii eggamuu du'uun hadhaabatu kaa hedhamee kani biyyaa keesatuf kani allaa jirsuu garaa biyyatti nuu galichi amaan yaa motumaa keenyaa garaa nutti jabattin rabii gaditti isn abadanaa 😢😢😢😢😢❤❤❤jalala biyyaa keessatii nu bayyis wani umman jibbuu akkaa isniraa hin mulanee tattadadhaa namin garii jibuu hin jiruu watu dhibee malee

    • @AskaleRegasa
      @AskaleRegasa Рік тому

      እግዝአብሔር አብሮህ ይህን እርሱ ከአንተ ጋር ከሆነ ሁል ግዛት አሸናፊ ነህ፡፡

  • @tametube1313
    @tametube1313 4 роки тому +9

    Woggaa 30 nuu qabsooftee ijji si hin argin hhhhhh bada udaan saree kijibduu,
    Kanaan dura haati tiyya Amaara jettee himatte gaafa Nobeli fudhattu sani.amma ammo haadhaaf Abbaan kiyyas Oromoodha jechuun hoo wol hin dhabuu?
    Bada dhuufuu😂😂😂🤣🤣🤣

    • @AbCd-mo5wc
      @AbCd-mo5wc 4 роки тому +1

      Minilikf qabsawe kkkkk

  • @abenezertadele7149
    @abenezertadele7149 4 роки тому +8

    በርታልን

  • @birhanuleta8121
    @birhanuleta8121 4 роки тому +12

    dr. abiy inaaftonni waan heeddu jedhan ammaas inuma jedhu, ati hin dhagahiniif. waaqayyoo si faana haa ta,u.

  • @YaadataBakkalcha
    @YaadataBakkalcha 5 місяців тому +1

    ❤❤❤ dhugaa jirtuu kanuma

  • @SurprisedCricket-ky7wx
    @SurprisedCricket-ky7wx 6 місяців тому

    ❤❤❤❤❤❤❤Abichuukooo nuuf jiraadhu Wagga kuuma

  • @HusseinAli-bn3bk
    @HusseinAli-bn3bk 3 роки тому +5

    God bless Dr. Abiy Ahmed. We Borana Kenyans are proud of you.

  • @firwfirw864
    @firwfirw864 4 роки тому +5

    በርታልን ጀግኖችን 💚💛❤👍🙏

  • @bonita6077
    @bonita6077 4 роки тому +24

    Erga Haceen du'ee nama na jibisise oduu ke dhisii dhuga hacaluu basii hayyota kenya hikii

  • @NajjashjihadJimmaa
    @NajjashjihadJimmaa 7 місяців тому

    ❤❤❤nuf jiradhu Dr abiy keenya 4:23 ❤❤ 4:31

  • @yoomiiftube8242
    @yoomiiftube8242 3 роки тому +1

    Goota keenya ati Dirreen jaalalaa fi Beekumsaa akkasumas Hubannaa keenya si!

  • @wayinshetgetacho4263
    @wayinshetgetacho4263 4 роки тому +8

    Inafana kasaridha sin jedha abichun wari inafadhan biya boresitan

  • @tsehayregassa6853
    @tsehayregassa6853 3 роки тому +3

    አቢቹ በርታ ግን ዶክተር ለማ መገርሳን ወደ ስራው መልሰው ምክንያቱም ለአንተ እዚህ መድረስ እና እንዲሁም ለዚህ ለውጥ መምጣት ትልቁን ሚና የተጨቱው እሱ መሆኑን ማናችንም እናውቃለን!!
    ያንን ስታደርግ እግዚአብሔርም ይረዳሃል!!

  • @emebethaile8539
    @emebethaile8539 4 роки тому +5

    የኛ የ🇬🇭 ኢትዮጵያ🇬🇭 ልዩ እንቁ ❤መሪችን ❤አብያችን ❤ የኛ ጀግና nuufii jiraadhu wagaaaa bayeeeeeeeeeee ሺ1000000000000000❤ኑሩልን የኛ ንጉሥ እግዚአብሔር ይጠብቅህ
    *እግዚአብሔርጌታዬ፣አምላኬ፣ንጉሴ፣የሰራዊት ጌታ*
    *የአለም ቤዛ❤ መድሃኔአለም ሆይ በቃችሁ በለን🙏*
    *ሀገሬን ኢትዮጵያን💚💛❤በአንድነቷ ሰላምን 🙏ፍቅርን እዘዝላት በቃችሁ በለን አሜን*
    ኢትዮጵያ ናት ሀገሬ ክብሬ መመኮዬዬዬዬዬዬዬ🇬🇭🇬🇭🇬🇭🇬🇭❤ለዘላለም ኑሪልን

  • @salahadam6279
    @salahadam6279 2 роки тому +2

    Namni commenti abiyi ormoo mitti jee kantu yokan gantu jee kanatu hudi soba abiyi ahmmaed ormoo tau isa hancalu hundessa isinif hime jira sanifu commenti hin tane dhisa issnu ormoo mitti i love you abiyyi waga 1000000000000 nuf juradhu

  • @zaraketzaraket567
    @zaraketzaraket567 4 роки тому +1

    Aboo nuuf jiradhuu atii ejannoo gaarii qabatee jirtaa.