Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Jalqaba suraa kaana kan jetetu na garame garuu waan gaarii sirraa baranneerra galatoomi 🎉❤
Dhugaa hedduun kolfe, Ati utuu Diraamaa Hir-kooma keessatti baay'inaan argamtee deemteetta ta'ee maaluma ta'a!
ሰላሜ እኔ በጣም ከናደን ወዳታለሁ give me please visa እና በጣም ዝማሬዎችን ደግሞ ተባርኬበታለሁ በጣም ነው የምወድክ የማከብርክ የአባቴ ልጅ canada ለመኖር ሳይሆን ጎብኚቶ ለመመለስ ነው ጎብኚቷ ለመመለስ ነው እና ተባበረኝ በጌታ በዩቱብ ስለመጣ ደስ ብሎኛል እና መንፈሳዊ ቀልዶችንና ያው ትችልበታለህ ቁም ነገር የጨበጡ ነገሮችን ተስተምረናለህ ብዬ ተስፋ አደርጋለሁ አማርኛ ነው በአማርኛ ነው የተማርኩ ኦሮምኛ በደንብ መጻፍና ማንበብ አልችልም ጌታ ኢየሱስ ይባርክ❤❤
Jabadhuu lecakoo Maloo waqaa sodadhuu hin fuudhiin maltuu siqoree atoo ijoleedhaa. Wa'e fuudhaa hin yadiin anattuu sin jeedhee 1 baraadhuu 2 hojeedhuu
Wwwuuwuwwwuwuuu Ebifamiii dhuģaaaaaHadhooo kenyaaa❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Waawoo eboo ebbifamii dhugaa barumsaa guddaa nuf latee baqaa ani dhufaa jiraa dhugaa qoco sif fidee dhufaa kootuu dhufaa atii ❤
Jabaadhu ebbo , waan irra barannu wanta biyya sana jirus nuuf qoodiBiyya kanatti hin deebi'in darabaadha
Farfanna Kee aatigaruu yeroo hunduumaa namaaf hoiitaa namaaf hoiitaa🎧🎧🎧🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰
Wow eboo Ebbifamii nuf jiraadhu☺️☺️🥰🥰❤️❤️🙏🙏
Ulfaadhu Eboo sii eegna yaada kee baldhinanaan akka nuuf qoodu🥰
Ebbaaa bagaa nagaan dhufte❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifami yadaa umataa kabbjjee debsuu keefi ebboo❤
Eboo ebifamii dhugaa jabadhuuGaruu Canada dhufuf baromsaa malee in danda'amaa mee naf debisiin Amaa nutii dubartooni hoji manaa kesaa kan akka kichini kesaaa hojachun demun in danda'amaa dhugaa naf debisiin adaraa kee❤
qoccoo jette nutiyyu nyaachaa hin jirruu qeerrotu karaatti ugguree, thanks for your good idea
Yadaa ani qabuu dhugaa kara kami akka biyyaa sana senani anilee dhufaa ❤
Natu dura si laale❤
Wow ogeessaa nama wanumaa gaafii nati ta'e hundaa deebbi naaf latee Eebbifamii
Eebbaa ani usa,n jira. waa’ee biddeenaa irratti keemikaala gosa heddu itti makanii hojjatu waan ta’eef baay’istee hin fayyadamiin.
Baayyeema namatti tolta dhugaa! Lapheenkee illee qulqulluudha! Eebbifami
Wow❤❤ galatoomi Eebboo!!!
Diinagdeekooo baay'een si jaaladha dhugaa waaqayyoo jaalala qulqulluu isa kan kristos naaf jiraadhu singer Eba Diriba or Artist Dinagde
Jabaadhu eebboo ❤❤
Jabadhu ❤❤
First comment 🎉
💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾
Jabbiin jirti Eeban achii hin geenye
Ani yaada biraa hin qabuu baay'eehuman sijaaladha Eebbookooo Garraamii namaa
Qashti
hhhh buyya obbo hambaa dhufeen suuraa ka'a!
Jabaa namaa Eebbaa Dirribaa
Mr. dinagde
Budenaa wajiin isaa asoftetuu naa kofalchiftee. Qorichaa waranamee dhufaa kanafii 😅😅😅😅😅😅😅😅 Miskinaa koo 🫣 omaa mitika
Maal Abbaa keef kan hin dubbisne DinagdeeDoolara xiqqooma tokko naaf ergi dhugaa Waaqayyo
asillee buddeen akkasii jira. sababiin isaa jeessoo waan ta'eefi. kan keessanillee hin beeku.
Ebbifami
Garuu osoo dhuftee waaqoo faa wajiin comedy sana hojjetee baayyee nati tola keessattuu Engilliffa Kee sana
Hedduu galatoomi
Nuf jiradhu dhugaa hadhokoo yero hundumaa kolfaakeen hawwa k1.nuf ..
Tole eebboo baga nagaan dhuftee
Well come Ebo
Well come 😂😂
Akkamiin gara kanaadaa Dhufuu dandeenya Eebba?
Blessed Eboo❤😅
Jaabadhuu waaqayoo jiraa
Ebbifmi ebboo❤❤❤❤❤🎉😂
yaada keetiif galatoomi! ani gaaffii tokkoon qaba Eebbookoo! mee namnii qarshii hin qabne akkamittii biyya sana dhufuu danda'a?
Well come ebboo❤
😂😂😂😂😂 Galatoomii Ebboo
Ebbaa ko adaraa kessan pc tokko na bitaa Graphics baradhe wanan itii hojedhu dhabe oromo pls itii naf hima😢
Gaafiin qaba Eboo M/qulqulluu keessaa Namooni waaqayyoo qurxumii 2 fii bideen 5 lubuu 5k nyaachisee quubse sun maqaan isaanii enyu enyu jedhamu ?
Diinisha Koo utuun si arge gaaf 1
👍👍👍👍
I'm coming soon ebo 😊
part😂😂😂
Ebboo❤
So what are the odds of getting jobs and PR right after graduating from college in Canada? I mean by that do you have to leave that country exactly after completing university, or still have a chance to stay there and apply for jobs ???
Kan koo maaliif in Deebistu Diinagde 🤔Lola ta'iusaati baqaa💪
Akka waani hin fuudhin of irraa hasofta immo birr fi jete diyaasbora wogga 37 futetin
❤ eba biyyaa sana dhufuuf ulaagan asii dura xumuruu qabu maali ?
Dhugaa keejete Lamiikoo
Eebboo With out IELTS exam,Tofil ,Barumsaan Ta,ee Hojiidhaan Karaa Salphaaf Link Dhugaa Nuuf Maxaansimee
Ebboo 🎉😊😊😊😊😊
Field ke maalii maal baratee ati amma canadadha maal hojeeta hin baratamo hojii maalii hojecha jirta?
5:43 😅😅
Thank you brother but I want to ask youWhom appreciate by him jobs music producers
Dv ለመሙላት የትምህርት ገደብ አለው ማለትም ከ12ኛ ክፍል በታች የሆነ ሰው መሙላት ይችላል ?
atleast BSc degree
❤❤
Waa'ee carraa barnoota scholarship haala gaarii dhaañ nuuf ibsi❤
Jalqaba suuraa kaana😂😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤
BOOJAA KIYYAA NAAF JIRAADHU
Ebu ❤
Namni biyyicha dhaqee jalqaba Maddii baasa
😀😀😀😀
Dhugaa dubbachuuf taanaan!
Isaa ati dhugaa dubbatuu caalaatti isaa ati qoosaa oltee koolfee qoosaa kee keessaa nama hubaateef dhugaa baay'ee keessaa jiraa
😂😂😂😂 𝐬𝐮𝐫𝐚 𝐤𝐚,𝐚
Wharas makes everyday
dingdee❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dura suraa ka,aa jettee😁😁😁😁😁
Thank you 🙏🙏
Dinagdee
ebo visitor visan yoo dhufan akkamitti koolu galtummaa gaafachuun danda'ama?
eebboo ati nam-jabaa oromooti waan baayyeen baradhe,gaaffiin koo namni fakkeenyaaf carraa barumsaan biyya sana erga dhufee baratee fixee carraa hojii fi lamummaa biyyaa sanaa argachuu ni dandahaayi??? moo dirqama biyya sanaa dported tahuu qabaa??? kana yoo naa hin deebisiin baayyeen sitti aaraa dhugaa
Maalif hin fuutuu😂😂😂😂😂😂😂😂
sin dabaaru kameera biti na ergi anis reaction jal qabaa
Tank you ❤❤❤❤❤
😅😅😅😅
Bodeenaa kanaada😂😂
Hhahah
Nab kolfe dhugaa
Tole jajjaba nama karaa ittin Ethiopia keessaa banu nutti agarsiisi.😅
Yoom dhaqxee yoom biyya Gibxii yaadda?
Jelqaba photo kaana 🤣🤣😂🤣😂🤣😂🤣😂😂😂😂😂
Waga 3 ykn 4n boda lamumaa biya sani nama kenu jedhani miti dhugadha moo eboo
biddeenicha marfee waaranuu laata
😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉
Dhugaa barumsaa guddaa nuuf kenitee obles ko
𝐄𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐢 𝐚𝐝𝐡𝐨 𝐤𝐨❤
Dinaagde Mee kottuu galii mee siin galchiiniti!!!hhhhhhh
Dinqgde na fuudhadhu mwe
Ebo ani dhufufan jedha adaraa na si madhu mucaa biyya keedha ani
Jalqaba suraa kaana kan jetetu na garame garuu waan gaarii sirraa baranneerra galatoomi 🎉❤
Dhugaa hedduun kolfe, Ati utuu Diraamaa Hir-kooma keessatti baay'inaan argamtee deemteetta ta'ee maaluma ta'a!
ሰላሜ እኔ በጣም ከናደን ወዳታለሁ
give me please visa እና በጣም ዝማሬዎችን ደግሞ ተባርኬበታለሁ በጣም ነው የምወድክ የማከብርክ የአባቴ ልጅ canada ለመኖር ሳይሆን ጎብኚቶ ለመመለስ ነው ጎብኚቷ ለመመለስ ነው እና ተባበረኝ በጌታ በዩቱብ ስለመጣ ደስ ብሎኛል እና መንፈሳዊ ቀልዶችንና ያው ትችልበታለህ ቁም ነገር የጨበጡ ነገሮችን ተስተምረናለህ ብዬ ተስፋ አደርጋለሁ አማርኛ ነው በአማርኛ ነው የተማርኩ ኦሮምኛ በደንብ መጻፍና ማንበብ አልችልም ጌታ ኢየሱስ ይባርክ❤❤
Jabadhuu lecakoo
Maloo waqaa sodadhuu hin fuudhiin maltuu siqoree atoo ijoleedhaa. Wa'e fuudhaa hin yadiin anattuu sin jeedhee 1 baraadhuu 2 hojeedhuu
Wwwuuwuwwwuwuuu
Ebifamiii dhuģaaaaa
Hadhooo kenyaaa❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Waawoo eboo ebbifamii dhugaa barumsaa guddaa nuf latee baqaa ani dhufaa jiraa dhugaa qoco sif fidee dhufaa kootuu dhufaa atii ❤
Jabaadhu ebbo , waan irra barannu wanta biyya sana jirus nuuf qoodi
Biyya kanatti hin deebi'in darabaadha
Farfanna Kee aatigaruu yeroo hunduumaa namaaf hoiitaa namaaf hoiitaa🎧🎧🎧🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰
Wow eboo Ebbifamii nuf jiraadhu☺️☺️🥰🥰❤️❤️🙏🙏
Ulfaadhu Eboo sii eegna yaada kee baldhinanaan akka nuuf qoodu🥰
Ebbaaa bagaa nagaan dhufte❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifami yadaa umataa kabbjjee debsuu keefi ebboo❤
Eboo ebifamii dhugaa jabadhuu
Garuu Canada dhufuf baromsaa malee in danda'amaa mee naf debisiin
Amaa nutii dubartooni hoji manaa kesaa kan akka kichini kesaaa hojachun demun in danda'amaa dhugaa naf debisiin adaraa kee❤
qoccoo jette nutiyyu nyaachaa hin jirruu qeerrotu karaatti ugguree, thanks for your good idea
Yadaa ani qabuu dhugaa kara kami akka biyyaa sana senani anilee dhufaa ❤
Natu dura si laale❤
Wow ogeessaa nama wanumaa gaafii nati ta'e hundaa deebbi naaf latee Eebbifamii
Eebbaa ani usa,n jira. waa’ee biddeenaa irratti keemikaala gosa heddu itti makanii hojjatu waan ta’eef baay’istee hin fayyadamiin.
Baayyeema namatti tolta dhugaa! Lapheenkee illee qulqulluudha! Eebbifami
Wow❤❤ galatoomi Eebboo!!!
Diinagdeekooo baay'een si jaaladha dhugaa waaqayyoo jaalala qulqulluu isa kan kristos naaf jiraadhu singer Eba Diriba or Artist Dinagde
Jabaadhu eebboo ❤❤
Jabadhu ❤❤
First comment 🎉
💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾
Jabbiin jirti Eeban achii hin geenye
Ani yaada biraa hin qabuu baay'eehuman sijaaladha Eebbookooo Garraamii namaa
Qashti
hhhh buyya obbo hambaa dhufeen suuraa ka'a!
Jabaa namaa Eebbaa Dirribaa
Mr. dinagde
Budenaa wajiin isaa asoftetuu naa kofalchiftee. Qorichaa waranamee dhufaa kanafii 😅😅😅😅😅😅😅😅 Miskinaa koo 🫣 omaa mitika
Maal Abbaa keef kan hin dubbisne Dinagdee
Doolara xiqqooma tokko naaf ergi dhugaa Waaqayyo
asillee buddeen akkasii jira.
sababiin isaa jeessoo waan ta'eefi. kan keessanillee hin beeku.
Ebbifami
Garuu osoo dhuftee waaqoo faa wajiin comedy sana hojjetee baayyee nati tola keessattuu Engilliffa Kee sana
Hedduu galatoomi
Nuf jiradhu dhugaa hadhokoo yero hundumaa kolfaakeen hawwa k1.nuf ..
Tole eebboo baga nagaan dhuftee
Well come Ebo
Well come 😂😂
Akkamiin gara kanaadaa Dhufuu dandeenya Eebba?
Blessed Eboo❤😅
Jaabadhuu waaqayoo jiraa
Ebbifmi ebboo❤❤❤❤❤🎉😂
yaada keetiif galatoomi! ani gaaffii tokkoon qaba Eebbookoo! mee namnii qarshii hin qabne akkamittii biyya sana dhufuu danda'a?
Well come ebboo❤
😂😂😂😂😂 Galatoomii Ebboo
Ebbaa ko adaraa kessan pc tokko na bitaa Graphics baradhe wanan itii hojedhu dhabe oromo pls itii naf hima😢
Gaafiin qaba Eboo
M/qulqulluu keessaa
Namooni waaqayyoo qurxumii 2 fii bideen 5 lubuu 5k nyaachisee quubse sun maqaan isaanii enyu enyu jedhamu ?
Diinisha Koo utuun si arge gaaf 1
👍👍👍👍
I'm coming soon ebo 😊
part😂😂😂
Ebboo❤
So what are the odds of getting jobs and PR right after graduating from college in Canada?
I mean by that do you have to leave that country exactly after completing university, or still have a chance to stay there and apply for jobs ???
Kan koo maaliif in Deebistu Diinagde 🤔
Lola ta'iusaati baqaa💪
Akka waani hin fuudhin of irraa hasofta immo birr fi jete diyaasbora wogga 37 futetin
❤ eba biyyaa sana dhufuuf ulaagan asii dura xumuruu qabu maali ?
Dhugaa keejete Lamiikoo
Eebboo With out IELTS exam,Tofil ,Barumsaan Ta,ee Hojiidhaan Karaa Salphaaf Link Dhugaa Nuuf Maxaansimee
Ebboo 🎉😊😊😊😊😊
Field ke maalii maal baratee ati amma canadadha maal hojeeta hin baratamo hojii maalii hojecha jirta?
5:43 😅😅
Thank you brother but
I want to ask you
Whom appreciate by him jobs
music producers