Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Eboo sii yanee Mee wa,ee muziqa wanii tokko sii gafdhaa,iskelii sadanii kessaa Kani biyyaa Kenya kanii ta,ee kami❤
Eebbushee koo naaf jabaadhu aabbee Waaqayyo iddoo mul'ata keen si haa ga'u!
Yaadokoo ❤❤❤❤❤❤
Yadoo naman bayee jaldhuu kabajuu nuuf jiradhuu hadhoo koo ❤❤❤❤❤❤
Ebboo ebbiffamii dachaa
Uufff Amma naati fakkateen boo,e videon kanaan
Eba yadakee dhageefadheeraa hata'u male biyii ormaa kokofalchistee nama nyaati akkuma bishaani waqayooti jabadhuu isan duwaa darrbu dandeessa my brother
Jabaadhuu waqayyoo lafa attii jirtuuti sifanaa haa tahuu oobboollssaa keenyaa bayy'ee sii jalanaa nagaan nuuf galii😍😍😍❤️❤️❤️💞💞💞💞💞
Waaqayyo barakee haa ebbisuu .
Kolfaa beekumsaan of keessa qabaa eebbifamii waaqayyoo si haa eebbisuu biyya ormaa deemuun fayii qofaa miti waan baayyeetuu baratamaa❤❤❤❤❤
Eebboo Thanks for sharing bro❤
Jabadhuu hadhoo koo waqayyoo sii haa gargaruu ❤
Jabaadhu ebbaa keenya waaqayyoo kanuman caalatti si yaa gargaaru 🥰🥰
Jalqaba kolfaan, Gidduutti hiriyyootakee boán waliin bée dhuma irratti immoo galateefaadhaan xumure.W/gala baayée namatti tola jabaadhu.
Baaga waqayyoo cn gargaaree jabadhu achumman hin baadinni nu dubbisin malee
😢😢😢😢 dhugaa iriyyoonni kee hunduu na boochisani uuuufffff jaalalli keesan kanuma caalaa itti haa fudhuu ❤❤❤❤❤🎉🎉
Eboo jabadhu nama waaqayyoo yeroo hundumaa si biraa yaa jirtuu ❤❤❤❤❤
waaqayyo si wajjiin haa ta'u!!! eebbifami!!! jabaadhu!!!
Waqqayyoo sii haa ebisuu ebuu koo baayyee sii jaaladham dhugaa🎉🎉❤❤
God bless you ebboo isa caaluu yeroo hundaa mana waaqayyo keessaa tajaajiluun hin dagatin.
Hadhoo ko goftannii sii wajinii yatoyuu barumsaa garii siraa argdhee gudaa ebifamii❤❤❤❤
Eegumsii gooftaa si wajjiin Haa ta'uu jabaadhu Isa gargaaree galateefachaa hafi
welcome 💟💟💟
Jabadhuu waqayyoo sihaa gargaruu nama waqaa
Jabadhu ebbs Kenya waqni si walin haa tahu kadhanna ketti cimi
Jabbadhu itti fufi waqayyoo galmakeen sigahaa
Stay strong Bro, Gooftaan siwaajjin haa ta'u
Uuuff Basheekoo miira keessa na galshite bareedakoo akkan si yaadu nagootee 😢 baguman haadhookoo taate jaabadhu sin jaalladha ❤
Jabaadhuu Waaqayyoon sii haa gargaruuGarummoo yeroo gara biyyaatti deebitee akka duraa yeroo keessa deemtee sii ta'uu dhiisuu danda'aa sababnii isaammoo qilleensaa bira keessaa turtee waan deebiteef
Waqayoo jabaese si haa dhabuu amayuu Jabadhu ❤❤
Jabbadhuu ebo. Dhugaa well go obbollotaa ketti baayee nama dhibbaa😭😭😭😭
Bagaa nagan dhuftee ebboo ❤❤🎉
Jiradhuu fayyaa ta'ii bakkaa jirtuttii waqayoo sii haa jabesuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayoon siyyaa gargaruu jabadhuu
waaqayyoo baraaf jireenyaa kee haa ebbisuu
Jabadhuu waqayoo bakatii yaden sii haa gahoo hubataa namaa
Bagaa waqayyooo si gargararee jabadhuu waqayyooo ama dhumati si gargaruu Hoji waqayyooo hin dagatin
Waaqaayyoo jabessee sihaa dhaabuu ebboooo jabadhuu❤❤❤❤❤
Ebboo atii nama jabaadha waqaayyoo baraaf jireenyaa kee haa ebbisuu jadhuu❤❤
Eebbaa baay'ee namatti tolta bagas wqyo si gargaare hundumasaafuu ammas jabaadhu nama kaayyoo,abdii ta'i waan haaraa sirraa eegna❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowo namati tolata jabadhu ❤❤
Ebokoo waqayyoon sii waalin haa jiraatu jabaadhu qaxaalekoo video gaafa gageessakee kuni naa bocheesse dhugaa 😢😢😢
Waqaayyoo nagaa sii haa Eguu Ebbifaamaa hunduutu keessan hiriyyoni Ebboo waqaayyoo walliif kadhadhaaf💞💞💞💞💞💞💕💕💕💕💕💕💕🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Great man!Ayyaanni Waaqayyoo ammas dachaa sirratti haa baayyatu!Miss u so muuch!Ib 10:35 - dubbifadhu!
Eebboo guddaa galatoomii baay'ee si jaallanna dhugaa. Qoosaa kee moo baay'ee hawweera. Waaqayyoon si wajjiin haa ta'u nagaan nuuf koottu. Nagaa waan qabaattee jirtuus xumurii koottu❤❤❤❤
Anii akka nama tokkottii wantii siin jedhuu hiriyyotaa kee kanaa yomiyyuu hin dagatiin isaan illee kanumaa jalaa sii haa jalatanii Rabbi nagaaf Jalalaa kanaa gidduu kessanii hin dhabamsisiin❤🙏
Eba may God Bless you please share us how to apply canada immigrant
Baga nagaan dhufte . Dafii hirkoofaatti dabalami
Jabaadhuu eboo bayyeen sijalladha
Waaqayyoo ayyanna sif haa baay'isu ebbifami jabbadhu isaa yaadee hundamtii Waaqayyoo si haa milkeessu🙏❤
Jabbadhu bakka yaade wqyo iti sia ga,u
Hin dhuftuu dhiiftee
Waoowwaa dhugadhaa gafaa biyaa bani du'aa namatti fakkataa dhugaa ketti ❤❤❤❤❤🎉🎉
Jabaadhu hojii boonsadha
well come jaalataa keenya!
Nagaan nuf galii eboo bayyee sii jalanaa❤❤❤
Wow ❤❤❤❤❤❤ ebboo amayyuu sif haa ta,uu
Jabadhuu nama waaqayyoo
Waaqayyo ammallee siwaliin haata'u!Eebboo gaarraamiikoo❤❤
Waaqayyo si duuka jira jabaadhu Ebbo koo inni beekadha
Jabadhuu waaqayoo sihaa milkessuu ❤❤❤❤❤❤
Eba ko Baye si jaladha naf jiradhu❤❤❤
Bayeen bo,ee dhugaa Ayii vidoo umaraa iratii😢😢😢😢❤❤❤ ebbifamii jabadhuu ebboo koo
Kkkkkk waan baayyee na yaadachiistee
Baayee namaatti toltaa eebbo baayee hiriiyota gaarii qabda turte waaqayyo ija nagaadhan waliitti isiin haa agaarsisu nagaadhan immo biyyatti si haa galchuu,garrammi nama❤❤❤❤
Wwwoooo waqayyoo baga si gargare goftan sii wajjin yatu
God With You 😊
Yaa Jiruu Biyya Ormaa Mukaa Citaa nan Mormaa❤❤❤Wel Come Biyyaa ofii wayya aboo
waaqayyoo si haa eebbisu Eebboo koo haasaa kerraa waan baayyee hubadheeraa, waan baayyees keessa kooti qabadheeraa waaqayyoo si wajjin haa tahuu!!!!!!
Eebbifami Eebboo!!!!!
May God bless you and be with you 🙌🙌
Dhaloota hedduutu waan gudda sirra baratee nagaan nuuf kootu ebo
I appreciate you ebba i am sure❤ hiriyyoota kee ilaaleen boo'ee waaq ati nama jabaadha dhugaa duris hojiif qoosaankee natti tola inni guddaan immoo yeroo hundumaa gaarummaa waaqayyoo dubbachuu keeti baayyeen bakka ka'ee nidagata ati garuu hin daganne ammallee lafa yaaddeen waaqni sihaa gahu jechaa~~~anillee processes canada 🇨🇦 irraan jira inshaallaah wal argina❤
Galatommi dhugaa ,jabadhuu ebo ko
Welcome ebbo
Eebboo nama jabaa jabaadhu🎉🎉🎉🎉🎉
Thank you Ebbo for sharing your exprience
Bagaa waaqaayyo si gargararee jabaadhu ebboo .dhugaa video hirriyoota kee argeenii bo'ee dhugaa jabaadhu waqaayoo si waajjinnii ha ta'uu
AKKA ANI ITTI SI JAALAADHU DHUGAA......UMURII NUUF DHEERAADHUU DINAAGDE KEENYA
Wowowo Waaqayyoo sihaa gargaaruu ❤❤❤❤❤
Eeboo bayyeen sijaaladha jabaa nama umuriinke haa dheratu nagaan debi'i
Baayyee nama kofalchiista 😅 Jabaadhu!
Bakka yaade gahee eebboWaqaayyoo si walin haa ta'u ❤❤❤❤❤
Jabaadhu waqayyoo si waalin haa ta'u ijollee kenyaa biyyumatti guddifanaa homa hin yaadain tole 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Baay'ee Namath tola jabadhu haadhokoo
jabaadhu jabaa keenya
Waqayo siif wajiin haa ta'u kanaa calltiii gargaramiii bro❤❤❤❤❤
Dhugaa bayyee ulfataa biyyaa namaa kana argetuu bekkaa
Bareedaa koo baga welcome ❤
😂 the maraatuu part i can’t Eebboo kiyyaa eegumsi Waaqaa si waliin haata’u yeroo hundaa🥰
🥰🥰
Nama jabaa keenya si jaalanna nuu jiraadhu😍!!!
Ayyee,atiis,galatomii,waqayyoonimmoo,farfachukee,hittii,fuufii,waqayyoon,malee,jireenyii,hin,mijatuu,jajjabinaa,guddaan,siif,awwa,eebbifamii
Dhugaa imimaan qabachuun dadhabee 😭😢Hiryaa akkasii qabachuun nama bonsaa❤❤❤
Ebbifamii milka'iii ❤❤❤❤
Maaloo Waaqoo baay'ee na gaddisiisee gaafa si geggeessaan😢😢😢😢
Eebbookoo ulfaadhu; waan yaadde hundumatti milkaa'i!🙏💔
Thanks!
Keep up the great work.(your focus on oromo art)
Jaabadhuu waaqqayoo si wajjiin jiraa
wel-Come Eebbaa
Waaqayyo nama isiniif haa laatu, Ameen
Wyyee nama baddee baga nagan dhuftee
Waqaayyoo si wajjiin ha ta'uu!!!!!❤❤❤❤
aboo eebbifami waan deemteefis milkaai.i
Eboo sii yanee Mee wa,ee muziqa wanii tokko sii gafdhaa,iskelii sadanii kessaa Kani biyyaa Kenya kanii ta,ee kami❤
Eebbushee koo naaf jabaadhu aabbee Waaqayyo iddoo mul'ata keen si haa ga'u!
Yaadokoo ❤❤❤❤❤❤
Yadoo naman bayee jaldhuu kabajuu nuuf jiradhuu hadhoo koo ❤❤❤❤❤❤
Ebboo ebbiffamii dachaa
Uufff Amma naati fakkateen boo,e videon kanaan
Eba yadakee dhageefadheeraa hata'u male biyii ormaa kokofalchistee nama nyaati akkuma bishaani waqayooti jabadhuu isan duwaa darrbu dandeessa my brother
Jabaadhuu waqayyoo lafa attii jirtuuti sifanaa haa tahuu oobboollssaa keenyaa bayy'ee sii jalanaa nagaan nuuf galii😍😍😍❤️❤️❤️💞💞💞💞💞
Waaqayyo barakee haa ebbisuu .
Kolfaa beekumsaan of keessa qabaa eebbifamii waaqayyoo si haa eebbisuu biyya ormaa deemuun fayii qofaa miti waan baayyeetuu baratamaa❤❤❤❤❤
Eebboo Thanks for sharing bro❤
Jabadhuu hadhoo koo waqayyoo sii haa gargaruu ❤
Jabaadhu ebbaa keenya waaqayyoo kanuman caalatti si yaa gargaaru 🥰🥰
Jalqaba kolfaan, Gidduutti hiriyyootakee boán waliin bée dhuma irratti immoo galateefaadhaan xumure.
W/gala baayée namatti tola jabaadhu.
Baaga waqayyoo cn gargaaree jabadhu achumman hin baadinni nu dubbisin malee
😢😢😢😢 dhugaa iriyyoonni kee hunduu na boochisani uuuufffff jaalalli keesan kanuma caalaa itti haa fudhuu ❤❤❤❤❤🎉🎉
Eboo jabadhu nama waaqayyoo yeroo hundumaa si biraa yaa jirtuu ❤❤❤❤❤
waaqayyo si wajjiin haa ta'u!!! eebbifami!!! jabaadhu!!!
Waqqayyoo sii haa ebisuu ebuu koo baayyee sii jaaladham dhugaa🎉🎉❤❤
God bless you ebboo isa caaluu yeroo hundaa mana waaqayyo keessaa tajaajiluun hin dagatin.
Hadhoo ko goftannii sii wajinii yatoyuu barumsaa garii siraa argdhee gudaa ebifamii❤❤❤❤
Eegumsii gooftaa si wajjiin Haa ta'uu jabaadhu Isa gargaaree galateefachaa hafi
welcome 💟💟💟
Jabadhuu waqayyoo sihaa gargaruu nama waqaa
Jabadhu ebbs Kenya waqni si walin haa tahu kadhanna ketti cimi
Jabbadhu itti fufi waqayyoo galmakeen sigahaa
Stay strong Bro, Gooftaan siwaajjin haa ta'u
Uuuff Basheekoo miira keessa na galshite bareedakoo akkan si yaadu nagootee 😢 baguman haadhookoo taate jaabadhu sin jaalladha ❤
Jabaadhuu Waaqayyoon sii haa gargaruu
Garummoo yeroo gara biyyaatti deebitee akka duraa yeroo keessa deemtee sii ta'uu dhiisuu danda'aa sababnii isaammoo qilleensaa bira keessaa turtee waan deebiteef
Waqayoo jabaese si haa dhabuu amayuu Jabadhu ❤❤
Jabbadhuu ebo. Dhugaa well go obbollotaa ketti baayee nama dhibbaa😭😭😭😭
Bagaa nagan dhuftee ebboo ❤❤🎉
Jiradhuu fayyaa ta'ii bakkaa jirtuttii waqayoo sii haa jabesuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayoon siyyaa gargaruu jabadhuu
waaqayyoo baraaf jireenyaa kee haa ebbisuu
Jabadhuu waqayoo bakatii yaden sii haa gahoo hubataa namaa
Bagaa waqayyooo si gargararee jabadhuu waqayyooo ama dhumati si gargaruu Hoji waqayyooo hin dagatin
Waaqaayyoo jabessee sihaa dhaabuu ebboooo jabadhuu❤❤❤❤❤
Ebboo atii nama jabaadha waqaayyoo baraaf jireenyaa kee haa ebbisuu jadhuu❤❤
Eebbaa baay'ee namatti tolta bagas wqyo si gargaare hundumasaafuu ammas jabaadhu nama kaayyoo,abdii ta'i waan haaraa sirraa eegna❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowo namati tolata jabadhu ❤❤
Ebokoo waqayyoon sii waalin haa jiraatu jabaadhu qaxaalekoo video gaafa gageessakee kuni naa bocheesse dhugaa 😢😢😢
Waqaayyoo nagaa sii haa Eguu Ebbifaamaa hunduutu keessan hiriyyoni Ebboo waqaayyoo walliif kadhadhaaf💞💞💞💞💞💞💕💕💕💕💕💕💕🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Great man!
Ayyaanni Waaqayyoo ammas dachaa sirratti haa baayyatu!
Miss u so muuch!
Ib 10:35 - dubbifadhu!
Eebboo guddaa galatoomii baay'ee si jaallanna dhugaa. Qoosaa kee moo baay'ee hawweera. Waaqayyoon si wajjiin haa ta'u nagaan nuuf koottu. Nagaa waan qabaattee jirtuus xumurii koottu❤❤❤❤
Anii akka nama tokkottii wantii siin jedhuu hiriyyotaa kee kanaa yomiyyuu hin dagatiin isaan illee kanumaa jalaa sii haa jalatanii Rabbi nagaaf Jalalaa kanaa gidduu kessanii hin dhabamsisiin❤🙏
Eba may God Bless you please share us how to apply canada immigrant
Baga nagaan dhufte . Dafii hirkoofaatti dabalami
Jabaadhuu eboo bayyeen sijalladha
Waaqayyoo ayyanna sif haa baay'isu ebbifami jabbadhu isaa yaadee hundamtii Waaqayyoo si haa milkeessu🙏❤
Jabbadhu bakka yaade wqyo iti sia ga,u
Hin dhuftuu dhiiftee
Waoowwaa dhugadhaa gafaa biyaa bani du'aa namatti fakkataa dhugaa ketti ❤❤❤❤❤🎉🎉
Jabaadhu hojii boonsadha
well come jaalataa keenya!
Nagaan nuf galii eboo bayyee sii jalanaa❤❤❤
Wow ❤❤❤❤❤❤ ebboo amayyuu sif haa ta,uu
Jabadhuu nama waaqayyoo
Waaqayyo ammallee siwaliin haata'u!Eebboo gaarraamiikoo❤❤
Waaqayyo si duuka jira jabaadhu Ebbo koo inni beekadha
Jabadhuu waaqayoo sihaa milkessuu ❤❤❤❤❤❤
Eba ko Baye si jaladha naf jiradhu❤❤❤
Bayeen bo,ee dhugaa Ayii vidoo umaraa iratii😢😢😢😢❤❤❤ ebbifamii jabadhuu ebboo koo
Kkkkkk waan baayyee na yaadachiistee
Baayee namaatti toltaa eebbo baayee hiriiyota gaarii qabda turte waaqayyo ija nagaadhan waliitti isiin haa agaarsisu nagaadhan immo biyyatti si haa galchuu,garrammi nama❤❤❤❤
Wwwoooo waqayyoo baga si gargare goftan sii wajjin yatu
God With You 😊
Yaa Jiruu Biyya Ormaa Mukaa Citaa nan Mormaa❤❤❤
Wel Come
Biyyaa ofii wayya aboo
waaqayyoo si haa eebbisu Eebboo koo haasaa kerraa waan baayyee hubadheeraa, waan baayyees keessa kooti qabadheeraa waaqayyoo si wajjin haa tahuu!!!!!!
Eebbifami Eebboo!!!!!
May God bless you and be with you 🙌🙌
Dhaloota hedduutu waan gudda sirra baratee nagaan nuuf kootu ebo
I appreciate you ebba i am sure❤ hiriyyoota kee ilaaleen boo'ee waaq ati nama jabaadha dhugaa duris hojiif qoosaankee natti tola inni guddaan immoo yeroo hundumaa gaarummaa waaqayyoo dubbachuu keeti baayyeen bakka ka'ee nidagata ati garuu hin daganne ammallee lafa yaaddeen waaqni sihaa gahu jechaa~~~anillee processes canada 🇨🇦 irraan jira inshaallaah wal argina❤
Galatommi dhugaa ,jabadhuu ebo ko
Welcome ebbo
Eebboo nama jabaa jabaadhu🎉🎉🎉🎉🎉
Thank you Ebbo for sharing your exprience
Bagaa waaqaayyo si gargararee jabaadhu ebboo .dhugaa video hirriyoota kee argeenii bo'ee dhugaa jabaadhu waqaayoo si waajjinnii ha ta'uu
AKKA ANI ITTI SI JAALAADHU DHUGAA......UMURII NUUF DHEERAADHUU DINAAGDE KEENYA
Wowowo Waaqayyoo sihaa gargaaruu ❤❤❤❤❤
Eeboo bayyeen sijaaladha jabaa nama umuriinke haa dheratu nagaan debi'i
Baayyee nama kofalchiista 😅 Jabaadhu!
Bakka yaade gahee eebbo
Waqaayyoo si walin haa ta'u ❤❤❤❤❤
Jabaadhu waqayyoo si waalin haa ta'u ijollee kenyaa biyyumatti guddifanaa homa hin yaadain tole 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Baay'ee Namath tola jabadhu haadhokoo
jabaadhu jabaa keenya
Waqayo siif wajiin haa ta'u kanaa calltiii gargaramiii bro❤❤❤❤❤
Dhugaa bayyee ulfataa biyyaa namaa kana argetuu bekkaa
Bareedaa koo baga welcome ❤
😂 the maraatuu part i can’t
Eebboo kiyyaa eegumsi Waaqaa si waliin haata’u yeroo hundaa🥰
🥰🥰
Nama jabaa keenya si jaalanna nuu jiraadhu😍!!!
Ayyee,atiis,galatomii,waqayyoonimmoo,farfachukee,hittii,fuufii,waqayyoon,malee,jireenyii,hin,mijatuu,jajjabinaa,guddaan,siif,awwa,eebbifamii
Dhugaa imimaan qabachuun dadhabee 😭😢
Hiryaa akkasii qabachuun nama bonsaa❤❤❤