Waaqoo has said it well. This is my all-time statement: 'The most profound knowledge in life, essential for both spiritual growth and physical existence, is the realization of your own mortality.' I would like to read his book as well.
The podcast is truly wonderful in so many ways. What I love most is that it’s in Afaan Oromoo. I’ve watched all your contents and couldn’t be prouder. Its very informative and entertaining too. Kudos to both of you. Jabaadhaa!!
#maree podcast bayye hojii garitti jirtu jabadha kana caalaa wantoota bayyedhan update akka of gotaan abdin qaba maskalo gafaa hasoftu haasaan sirra midhagaa jabadhu. eduu atis hin yella'iin jabadhu gana waan bayye sirra egna #waqoo nama jaba, hubataa nu jiradhu kana caala iddo guddatti si egna kitaba kemmo argadhe yoon dubbise natti tola ❤❤❤
Momeentomorii! Warri Maree Podcast, bor in duutu! Kanaaf har'a nama gaarii akka Waaqoo kana nuuf affeera. Eebbifamaa! Kitaabitti utuun argadhee natti tola
Waaqoon nama waaqni jaarraa kanaaf nuu kenneedha Mee warri yaadakootti waliigaltan like godha❤
Waaqoo hariiroo gaarii ati uumaake waliin qabdu baay'ee sirraa jaalladheera, Keep It Up!
Dhugamaa atii namni waaqnii ebisedhaa waqoo kenyaa umrii dheraa nu jiradhuu❤❤❤
Utuu waaqon hin fuune ta'e dirqamuman tiyya fi waaqo wal fusisa ❤
Nuuf jiraadha qaaliwwan koo baay'ee isin jaallana, isin kabajna❤❤❤❤❤❤
Ani comedy waqon kessa hin jiree bayy'ee nati hin toluu dhugaa ❤❤❤
Harka sif dhaheera😅😅😅😅
@WarraBaalee-x9e dhahi Kaa siti tolaan 💪🏾😁
anis akkasumaam
Waqo is very talented on what he is doing. As a person, he seems to me very honest and knowledgeable. For sure he is the best entertainer.
Waaqoo has said it well. This is my all-time statement: 'The most profound knowledge in life, essential for both spiritual growth and physical existence, is the realization of your own mortality.' I would like to read his book as well.
Bay'ee baredaa dhugaa senan kee waqoo❤❤❤🎉
The podcast is truly wonderful in so many ways. What I love most is that it’s in Afaan Oromoo. I’ve watched all your contents and couldn’t be prouder. Its very informative and entertaining too. Kudos to both of you. Jabaadhaa!!
🎉 waaqoo nama jabaa qabeenya keenyaa!
Akkamiitti eessa argachuu danda'ama kitaaba kee 24.
Response!!!! Nama dubbiisu barbaadu keessa Ani tokko 🖐️
Uuuf tiyyukoo nama akka hirko ebbifamaa waaqayo siif haa kennu nama uumasa sodaatu ❤❤
ዋቆ ጌታ ይባርክህ እኔ የአዲስ አበባ ልጅ ነኝ ቤተሰቦቼ የኦሮሞ ተወላጆች ናቸው አያቶቼን ስምወዳቸዉ ለእነሱ ብዬ ነዉ ኦሮምኛ የለመድኩት እና ሳይህ ገና በጌታ መሆንህንና የአያቴ የአኮ ስም ዋቆ ስለሆነ በጣም በብዙ ወንድማዊ ፍቅር ነዉ የማይህ ተባረክ በሞገስ ላይ ሞገስ እንዲበዛልህ እፀልያለሁ የእናቴ ልጅ ነዉ የምትመስለኝ የትኛዉንም ስራህንና ኢንተርቪዉህን አያለሁ ኑኤቢፈሚ ኦቦሌሰ ኮ
Wantan baay'ee arguuf hawaa Ture oromo podcast akkasitti arguukoof akkan carra qabessaa taheen bare.
Dhugaa jabaadhaa itti nuuf fufa hamaa fi hamtugootee isinirraa nuuf haa qabu ammas daddaaffaa keesummaa nuuf afeeraa🥰💥
Yaa baayyee galatoma Waqoo hariroon ati waqaa wajjiin qabdu natti toleraa jabaadhuu.👊👊
Dhugaa keeti waaqoo baay'ee nama jabaadha ati
Du'a booda jireenya du'aa fi dulluma hin qabneetu jira, yoo hojii gaarii qabaatte jannata keessa zalaalam jiraatta yoo immoo gaarii hin qabdu taate azaaba keessa zalaalam jiraatta gara amantii islaamaa dhuftee silaa waa'ee amantii islaamaa bartee baay'ee natti tola,nama akka kanatti yaadu taatee.
Thanks maree corner this is my frist podcast I watched full time
Wow amazing 💜
Waawwooo heedduu isin jaallan nuf jiraadha dhugaa ❤❤❤❤❤ waaqoon immoo akkas amantiikeeti cimaa tahun kee heeddu nama gammachisa 😍😍😍😍😍
Waaqoo Waaqayyo si haa eebbisu ergaa ajaa'ibaa fi ergaa garridha kan ati barreessite.
Dhuguma kitaaba kee dubbisuu qabna.❤❤❤
It's amazing podcast keep it up! Wako my favorite artist! sapient man❤
Waaqion gaafa Diraama hojetu miitii gaafaa haasa'uu iyyuu Waan diramaa hojetu nati fakkata faanuma banen dhagefadhaa ❤❤❤❤ dhugaadha karkatare machaa'uu sana jaaldha
Wow qophii Addati jabaadha please kitaabicha dubbisuun fedha🙏🙏
Wow wow wow barsumaa baayee of keessaa qaba dhuga ❤❤❤❤❤❤ jabadhaa baayee namati tola ❤❤❤ baayee isin jaalaadha nuuf jiraadhaa eebbiifama 🎉🎉🎉
Dhugaa dubbachuuf an... gaa'illiko haala gaarirra hin turre.. garuu vedio kessan kana ilaalee ga'illiko fayyeera..... dhugaa dubbachuuf....
Waqoo..... nu jiraadhu.. akkasuma warri maree corneri galatoomaa ❤❤
Maree corner Wow👏👏👏
Hojii gaarii jalqabdan jabaadhaa.Ani podcast akka kanaa Afaan Oromootiin waan hin turreef Afaan biraan ilaalaa ture.
Fuulluma hirkoottu nama kofalchisaa🎉🎉🎉
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉Wuuuuuuuuuu dhugaa wanii bayyee siraa baredhee Eebfamii ❤❤❤❤❤
Wow waaqoo is such matured person!!
Wow Waaqoo Jabaa Keenyaa Boharsaa Keenyaa Nu Jiraadha hundii Keessani❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
2'n 10 odeessuu maaltu fide ree? Anyhow hojii baay'ee jajjabeeffamu jabaadhu! You are the legend!!!
wow.....podcastiin Afaan Oromoo Ni Uumame! Jabadhaa.
Hojjii gaariidha itti fufaa, waqoo Naman bayyee dinqisiifadhuf jalladhu dhumniikke kana caala haa midhagu 🥰🥰 24 Nan barbaada
I don't know why, but I always love to hear his point of reflection in all aspects. I can't wait to get and read 24. Thank you Wako and Maree Corner!
#maree podcast bayye hojii garitti jirtu jabadha kana caalaa wantoota bayyedhan update akka of gotaan abdin qaba maskalo gafaa hasoftu haasaan sirra midhagaa jabadhu. eduu atis hin yella'iin jabadhu gana waan bayye sirra egna #waqoo nama jaba, hubataa nu jiradhu kana caala iddo guddatti si egna kitaba kemmo argadhe yoon dubbise natti tola ❤❤❤
Nama lafa dhaquu beekuuf dutni gammachuudha jecha jabaadha.
nu jabaadhuu nam-jabaa keenyaa!
Pod cast baayyee namatti tolu dha jabaadhaa.......waaqoo akkataan ilaalchaa keetii dinqii dha........kitaabicha utuun argadhee natti tola
Dhugaa dubbachuf Waaqoo namani baayyee jajudha, Sagantaa kana irratti ammoo baayyeen jaalladhe....ilaalcha inni qabu💕💕💕
Wow Jabaadhaa, nama akka Waaqoo waanti hedduun irraa baratamu ammallee nuuf fidaa!
MAREE CORNEER 🥰, waliin dubbii gaari ture.
kitaabaa kana utuun dubbisee illee natti tola☺.
wow, great waqo! Amazing you are so thoughtful. Yearning to see you some day. I wish I could get the Book, but anyways I am full inspired by talk.
Eebbifamaa qaaliiwwaan keenya
Wow dhugaa baay'ee namatti tola jabaadhaa
Waaqoo baay'ee nama jabaadha ati!🎉🎉🎉🎉🎉
Waqoo qaxalee nama jabadhu!!!
Waaqon level biraa kessa jira jammaa...Go ahead my man..Haman sin argin Dec14 2024
jabaa nama dhugaa waan baayee sirra barachaa jirra jabaadhu.
Gara fuulduraattis namoota akkanaa yaaadaaf muuxannoo jireenya isaanii irraa baratamu akka nuuf dhiyeessitan abdii qaba.Maree Corner jalqabbiin keessan bareedadha.Qulqullina fi yaadota isin qabattanii dhuftan hanqina gama podcastin qabnu furuuf gayee keessan bahataa jirtu. Aartii, Afuura fi Gaayela irratti haasaan isin gootan namatti tola. Keessuma dhumarratti waanti kaastan yeroo kanatti waan barbaachisudha.Waaqoon nama aartiiti. tasgabbii fi bilchinni isa irraa mul'atu immoo ajaai'ba! kitaaba waaqoo 24 jedhu please, i am one of the 10
Wow ebbifama dhugaa waan baay'ee irraa baradhe❤❤
Baayyee galatoomaa. Nama sirrii afeertani
Waaqoo nama jabaadha umurii sif haa kenu
The second podcast wako and Edu this month❤ love you 😍
Jabaadha dhugaa waaqoo fuulumasaatu nama kofalchiisa
Waaqoo kan nan jaaladha . Caalaamatti immoo isan waan dubbattu keessitti yesuusiin dubbatudha❤❤
Waqo u are an influential person❤❤❤❤❤
24 nan barbadaa,
Wow great 🔥
Yooo this channel getting fire
Yeroo ofii yaadneti hin dhalanne.
Yeroo ofii yaadneti hin duunnuu.
Lachuu yeroo waaqayyooti ta'aa.
Yeroo hundumaa haa qophofnu.
Dhugaa jechaan dhabee ❤❤❤
I want to give for my wife birthday.....so waqo be part this ceremony ❤❤❤
Excited to read the book 24! 📚
Nama bay'ee jalladhuudhaa Jaankoo long life
Kitabichaa arifadhaa na qaqabsisaa
Maree Corner jalqabbiin keessan bareedadha.Qulqullina fi yaadota isin qabattanii dhuftan hanqina gama podcastin qabnu furuuf gayee keessan bahataa jirtu. Aartii, Afuura fi Gaayela irratti haasaan isin gootan namatti tola. Keessuma dhumarratti waanti kaastan yeroo kanatti waan barbaachisudha.Waaqoon nama aartiiti. tasgabbii fi bilchinni isa iirraa mul'atu immoo ajaai'ba! Gara fuulduraattis namoota akkanaa yaaadaaf muuxannoo jireenya isaanii irraa baratamu akka nuuf dhiyeessitan abdii qaba.
Isiin dhalotaf fakkenya gudadha umuri nuf dheeradha❤❤
Mannii yes yes yeah yeah hirkoo
Waqoo bayyee bayyee namatti tolaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
#24 Osoo danda'ame umurii kiyya irraa Waaqoof waggaa 10 kutee laadhen ummatichaaf lafa kana irra akka t 1:13:42 uren godha.
NAAF JIRAADHU
Atis kennaa addaa ummata keetif gubaachitu qabda ta'a, of argadhuu irratti hojjedhu waggaa 10 sanaaf
Hirkooo baay'een SI jaalladha dhugaa jabaadhu
Hamma gafaa tiyya hadhaa mana kee godhatuutii ofii hin hammatuu hirkoo
Wow Good Podcast I like it
Baayyee jaalladheera
Wawawa ❤number one🎉🎉🎉🥰🥰
Hubannoo du'aaf qabdu natti himi eenyummaa kee sitti hima jedhamaa mii ree? Galatoomi.. guddaa eebbifami...jabaadhu...!!24 !!!
Yes yaaaaa ok
Baay'ee nama barsiiftu jabaadha
Bayee namati toltu jabadha ❤❤❤
Jabadha baayyee gaaridha
Baay'ee namaati toltuu ❤🎉🎉
😅😅😅jabaadhaa
Momeentomorii!
Warri Maree Podcast, bor in duutu! Kanaaf har'a nama gaarii akka Waaqoo kana nuuf affeera. Eebbifamaa!
Kitaabitti utuun argadhee natti tola
Rabbi isinii haa kennu 😊
Marsaa dhufu ' Jireenyaa Dinkisaa yoo nuuf fiddan nutti tola.
Perfectionist jechi jettu kun wanta muldhata nama baayyee lafa irra gototteedha dhugaa. keessumaa biyyoota akka itiyopia keessa haalli namaa hin mijanne keessatti wanta tasa hin yaadamneedha.
Jabaadhaa👍
Yero hasuyuu bayy'ee na kofachisaamee 😂😂❤❤
Dhugaa rabbi baayeen kolfee
Woow barumsa guddaadha
Nuf jiradhaa ♥️🙏
Mucaa waqoo jedhamuu kun
Labirer guddaadha bayyeen ajaibsifadha.gana wantaa guddaa irraa egna umuri nuf dheradhuu
Kitaaba kan dubbisuu barbaada❤❤❤❤❤❤
Hunda duraa nagaan waqayyoo lafa jirtaniitti sinifa baayyatu itti ansee ammo waanti jechu barbadu Waaqoodhan amma sif danda'amee fi waqayyoo siti ibsee waa barreessu hin dhiisi sababni isa kitaabni ati barreesitu siti hooma fakkachu danda'a gaaru namni biraa baayyee jallata, inuma kitaaba miti dubbiin ati interview gubbaati gootuyyu erga guddaa qaba kanafuu waan qabdu nutti waakkatin galatooma 🙏
Kitaaba sana nabiraan gahaa maloo🤲
PODCAST ajaa'ibaa❤
kkk...takkaa akkas kolfee hin beeku,wayyii birrii
Bayyee barumsa nama gonfachiisa jabadha.kitabicha argachuun barbaada
Hirkoo dhugumaa sii jallanna
Waaqo kana Bayyeen jaalladha Dhuga Edulle waliin
Good
Tole Galatooma waan nama barsisuu fi waa irra baratan kan nuuf qapheessuu keessnif nuuf jabadhaa isinan jalaadha.
Kitaabichaa keessati caaraan akka naaf latan kabajaan isin gafadha. Nannoo coffee araara ykn Killo 6.
Bakka waqaoo jiruu kolfaa qofaa❤😂😂😂