Galatoomaa Barsiisaa..... We need a logic to order our though and flow of idea. The rough collection of ever single information will be captured by our unconscious mind and act according if we do not use logic. Yaadni karaa qaba, nyaanni garaa qaba hin jenneeree. Yaada keenya toora qabsiisuuf loojikiin nu barbaachisa. Barsiisaa hedduu galateeffachuun barbaada. Isinillee galatoomaa. Mariin keeenyas otuu yaadarratti ta'ee dhuguma caalatti gatii baasa. Yoo fedhii qabaattan ammoo ani falaasama oromo irratti (oromo world veiw) dhufee isin faana marii gochuu nan danda'a. UA-cam koo asuman seentanii akka daawwattanillee isin afferra. Galatoomaa.
I need to read the book.
@DasseAlex.....Thank you for your lessons
My favourite podcast ❤
woow podcast
Jabaadhaa warra keenyaa
maree corner another level keep it up 🥰🤣😶
Qophiin keessan bàay'eema bareedaadha. Akkanuma namoota waa hedduun irraa baratamu akka dhiyeessitan abdiin qaba jabaadhaa. Dassee immoo ❤❤❤
Warri Maree Corner Kitaaba Dassee Alex
Dhugaa rabbii baayyee isin jaalladheera ❤❤❤❤❤❤❤
jabaadha warra maree corner kitaaba barsiisa osoon argadhee baay'ee natti tola
Wow amazing jallaadheera jabaadha sagantaa keessan hundaa jalqaba kasee hamma ammatti ilaalan jiraa baayyee Namoota Jalaalaa jajjaboo dhiyeessa jirtuu
Gamaanuman kitaaba sana adaraa keessan namaa 10 keessaa tokkoo na godha.
Galatooma 🙏
56:22 ... An nan fedhaa 📖 1 qabadheraa
jabadha qophii nama barsisuu dha ❤❤❤❤
Uffatas jijiraadha malee edaanif fi namichi kun maqa nu balesina jabadhamoo.😅😅😅
Jabaadhaa dhugaa baayye jaalladheera hojii kana
Adaraa kitaabicha immoo jalqaba irratti akka naaf bittaniif jalalaan isinitti beeksiseera🙏🙏
Maraa corner sagantaa baayye jaalannudha.
Garuu akka carras ta'e waansaa hin beeknu! Namoonni hanga amma saganticha irratti afferaman Wallaggaa jedhu.....
❤
Maal yaada akkam babbareeda akkamitu ka'ee! Podcast aja'iiba namatti toludha. Jabaadhaa akkanumaan itti fufaa isiin jechaa kitaaba kennaa kennuuf jettaan sana kessaa tokko adaraa isiinin jedha dursee ammummaan 😅 Mari'ataan gowwaa hin qabu
Barsiisaa. Ihim!!
Jabaadhaa, ❤
Heddu namatti tola qophiin kesan👍🥰Garuu ani gafin qabaa please naf debisaa lakkisa isin gandumma kana dhisa hanga ammatti ijolema wallagga kesattu gara lixa kanatu qophii kesani irratti dhiyata mali jechudha maa kan baratee oromiya baldho kesaa kanuma dhamo?? Ofittuma dhisaa✋😅😊mali jechudhaa naf debisame 🤔
🥰🥰🥰 📖 🙏
Anaan tokkoo jedha waa'ee kitaabichaa adaara waaqa
Guyyaa isaa nuuf himaa
Tokko ana Kitaaba Mr.
Kkkkkk kolfaan nu fixe
Qophii kessaan baay,ee namaatii tolaa namaa barsiisaa
Great 🫡
Jaaladheera ani hasa'a kana jabaadha.
Galatoomaa Barsiisaa..... We need a logic to order our though and flow of idea. The rough collection of ever single information will be captured by our unconscious mind and act according if we do not use logic.
Yaadni karaa qaba, nyaanni garaa qaba hin jenneeree. Yaada keenya toora qabsiisuuf loojikiin nu barbaachisa. Barsiisaa hedduu galateeffachuun barbaada. Isinillee galatoomaa.
Mariin keeenyas otuu yaadarratti ta'ee dhuguma caalatti gatii baasa. Yoo fedhii qabaattan ammoo ani falaasama oromo irratti (oromo world veiw) dhufee isin faana marii gochuu nan danda'a. UA-cam koo asuman seentanii akka daawwattanillee isin afferra. Galatoomaa.
Sodaata wajjin dubbattan dhugaa 😅😅
Akkasumma gara boodatti dubbi keessan eeggacha dubbachu eeggalta😅
Ani Kitaaba kana argaachu qaba
Masqaloof Eden kitaaba kana akka nan dhowwane Anis dirqama Argachuun qaba
Nama akkas muuxannoo qabuu essa nuu fiduu dhugaa
Kiyyuu uffannaa kee sirreessi
Haasaan keessan dhandhama qaba! Carraan kitaabichaa yoo na qaqqabe na gammachiisa
2nd comment
Dassuu anuma kofaatti Abbush zallaqaa natti fakkaattaayii?!
1. Maraatuu gosa heddutu jira. Isa kam jechaa jirtu?
2. Nami kan maraatu, sammuun, onneen, garaan moo maalin? Jechuun qaama namaa keessa bikki kam yoo jeeqame maraatummaan dhufa?
Maloo kitaabichaa tokkoo naf bitaa Alex wako jedhamaa walqixee unvrty barataa governance dha
Ani nama jalqaabaa kitaabichi bitaamuufi qabuudha. Yoo dhuguma dawwattoota keessan ni jaallattu taatan
Kitaaba kana argachuun barbaada
Anis kitaabaa Kana argachuun barbaadaa. Dorgommii nuuf qopheessaa akkasitti fudhannaa.
Kitaabicha nan barbaada
🥰🥰🥰 📖 🙏