DAWIT GIRMA: WAAKKUU HIN TAATU! Track 05

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 25 гру 2024

КОМЕНТАРІ • 567

  • @YosefTemesgen._430
    @YosefTemesgen._430 День тому +65

    ❤ Warri akka koo Faarfanna kana jaallattan like godha

  • @OliraFirisa
    @OliraFirisa 13 годин тому +10

    Dandeettiin kee inni kan hafuuraa baay'ee baay'ee dabalee jira.guddinni hafuuraa akkasitti nama dubbachiifata.Dursaa jirta hubannaadhaan jabaadhu.dadhabbii ati faarfannoota kanatti dadhabdee nu biraan geesse kanaaf Yesuus Kiristoos karaa addaa si haa eebbisu.Faarfannaa nama kanaa fi nama kana warri jaalattan akka koo mee like.

  • @kunisnidarba3729
    @kunisnidarba3729 6 годин тому +3

    Farfchuun hin danda'amu dhaggafachuu qofa . Eebbifami Daawwe!!!!!❤❤❤!!!!!

  • @kabe-official
    @kabe-official День тому +11

    Maariyaamiin marii maaltu dhiyeeche,
    Yesus ko jenena na dhagesee
    Eenyutu gaafa du'aa si gargaaree
    sittu du'ee du'aa irraa na baraaree

  • @barisoaleka7912
    @barisoaleka7912 12 годин тому +5

    Safarri walaloo isaa
    Yaa'iinsi yeedaloo isaa
    Jechoonni dilbiin
    Bareedinni qooqaa
    Hin quufamu🙏🙏Eebbifami Deevaa❤❤❤

  • @AbebeAdare-i3f
    @AbebeAdare-i3f 6 годин тому +1

    Your spiritual ability has increased so much.Spiritual growth is so speaking.You are leading and be strong with understanding.May Jesus Christ bless you in a special way for the effort you have put into these songs like me please like

  • @gutemaolana2030
    @gutemaolana2030 6 годин тому +1

    Deemsi ittifufa!!!
    Daawekoo gooftaan ammayyuu sihaa eebbisu, gurrakee warra waccuuf hin ergisiin🤙🤙

  • @DawitKenea-en3px
    @DawitKenea-en3px 12 годин тому +5

    duraaf duubii qe'ee keeti dhaqdhaqii fi bacaqii eebbaa waaqatiin haa dhoqaa'uu dev jabaadhuu sii jaallannaa.

  • @EbaWendimu
    @EbaWendimu 9 годин тому +3

    Eebbifami dawee Koo jaabadhu ammayyuu❤👏👏

  • @tocho742
    @tocho742 День тому +18

    Mee ebbifami jedhani ijoolle waaqayyo❤

  • @peacemantube378
    @peacemantube378 День тому +12

    Gur'uu jechootaa inni fayyadamuti na dhibaam! kennaan kana

  • @FedasaSax
    @FedasaSax День тому +19

    Devo waaqni si ha eebbisu❤

  • @BetiWorki
    @BetiWorki День тому +2

    ፀጋን የሰጠህ እግዚአብሔር ይመስገን!ጌታ ይባርክህ።

  • @FiraolDesale-f1d
    @FiraolDesale-f1d День тому +5

    Uuff!!! Boqonneerra!!! Yesuus ulfaadhu❤

  • @Hingabunigatu
    @Hingabunigatu 15 годин тому +1

    uuuufffffeee keeessa kanan dhiisuun dhabeem abbaa jechootaafi yeedaloo siittii roobsee haaeeebbifamuuu.atiis waanhunda keessa dhaabbattee farsaa barabara nuuf ga'uukeef eeebbifamii ammayyuu!!!kankana caaluu nuti dhaalootni ganaa sirraa eegnaa 1000 nuufjiradhu.

  • @diredishtube
    @diredishtube 20 годин тому +2

    Dachaa Dachaa ebbifami❤❤❤❤❤❤❤

  • @NDanielT
    @NDanielT 15 годин тому

    Baayyee nama ajaa'iba!!! hiika gadi fagoo, ergaa jajjabduu, Yesuus Kiristtoosiin akka ajaa'ibaatti kan waaqessu. Galatoomi Dawwitee!!! Waaqayyo manasaa keessa jabeessee si haa dhasabu!!!

  • @OromiaAguma
    @OromiaAguma День тому +4

    Waan jennuu hin qabnuu isa siin nuuf kennee waaqayyoof galata jenna malee

  • @nagatubeofficial
    @nagatubeofficial День тому +5

    Galgala eebbifamaan qabaadhe har'a. Thank you Jesus 🙏🙏🙏🙏

  • @BakaniBakani-n6h
    @BakaniBakani-n6h День тому +2

    Ufee kaaa yesus saa ebbisuu boo kan calaa ❤❤❤

  • @zeritu8501
    @zeritu8501 7 годин тому

    Uuufffff yaa farfana kana😢😢❤❤❤❤❤ goftankoo barakee gutuuuu sihaaaa ebbisuuuuu ebbifamiii kana callaa qaronkeee haa fagatuuuu❤❤❤❤

  • @tesfayeabdissa4122
    @tesfayeabdissa4122 19 годин тому +1

    Ibiddi sirraa bobahu kun ammayyuu dachaa toorbaan siif haa baay’atu haadhoo koo. Jabaadhu inni cimsee si dhaabu si wajjin jira. Eebbifami.

  • @KeneniShibiru
    @KeneniShibiru 5 годин тому

    Ammmeen ammmeen eebbifamii eebbifamii goftan. baraa keef jirenyaa kee yaa eebbisuu darbii demii hin qabamin qaxalee mucaa waqayyoo uuuuuffii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kenboniamanu2830
    @kenboniamanu2830 19 годин тому

    Dave you have the most unique singer of our generation. May God bless you, really.

  • @LalsiA-c5o
    @LalsiA-c5o 16 годин тому +1

    Dawii Atii foon keetu Asii jiraa malee Afuuri kee sukkera jabadhuu halii biyya lafaa siin danda'in🫶🫶🫶

  • @ZedYegetalij
    @ZedYegetalij День тому

    አሜንንን አሜንንን ደቭዬ ጌታ አብዝቶ ይባርክህ ጸጋው ይብዛል 😍😍😍😍😍🙏🙏🙏🙏🙌🙌🙌🙌

  • @HanaSisy-h6o
    @HanaSisy-h6o День тому +2

    😢😢😢😢😢 waaqayyo galgaala kee waan hin dhumnen si haa badhaasu,farfaannoni galgaala kana hundinu haafuran guutamani dhufan faarsa kanarratti garuu utuuman imiiman qabaachu dadhaabe si jaalanna dvkoo waaqayyo dirre bal,a sif qopheesera

  • @BushaAsaba
    @BushaAsaba 6 годин тому

    Maaloo farfaannaa kana bayyeen jaalladhe Ebbifaami Devakoo❤❤❤❤❤❤

  • @hopetube3912
    @hopetube3912 3 години тому

    I have no word abbaan ayyanichaa gooftaan haa ulfaatu❤🙏

  • @KkJj-r6h
    @KkJj-r6h 7 годин тому

    Ebifamii Ebifamii Ebifamii waqayyoo baraa fi jirenaa kee haa ebisuu ❤❤❤❤❤

  • @MelkamuGeme
    @MelkamuGeme 3 години тому

    uuuuuuffeeeeeee!! aannanumakaa! Waaqayyo si haa eebbisu.

  • @JireTasfu
    @JireTasfu 2 години тому

    Dhugaa waaqayyo jechoonni ke dhukkuba goomattuun hin dandamanneedha💪💪💪🥰🥰🥰 UFFFF AYYAANNUMTI WAAQAYYOO SIIF HAA BAAYYATU🎉DEV KO❤

  • @farsajarso
    @farsajarso 14 годин тому

    ❤❤❤❤ waaqayo si haeebbisuu merry Christmas man of God

  • @Nathanan_1
    @Nathanan_1 12 годин тому

    ......"Yesuus yaa mararaakoo, akka garaakoo siinan adeema karaakoo" Dave ko ❤ Yesuus si haa eebbisu

  • @asseggidfeyissa8989
    @asseggidfeyissa8989 8 годин тому

    I have no words to express you r greace.... ❤❤❤❤ god bless you devaaaaaaa!!!

  • @Ifatafarai
    @Ifatafarai 6 годин тому

    Uuuuuffffff Dave koooooooooo naaaa jiraadhu 1k

  • @EfeDhinsa
    @EfeDhinsa 10 годин тому

    Hedduun jaaladhe!!
    Jabaadhu Dev!!

  • @Nathanan_1
    @Nathanan_1 День тому

    Yesuus si haa eebbisu Dave. Warri hojii kana irratti hirmaatanis barri isaanii haa eebbifamu

  • @AdiiSaboka
    @AdiiSaboka 4 години тому

    Ati eebbifaamteetta , ammas eebbifaamii dacha dachaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @fedoJesus92
    @fedoJesus92 День тому +2

    Ajaa'iba dha! God really Bless You

  • @Ayantu-n7r
    @Ayantu-n7r День тому +14

    Wow naman akaa koo farfana kanati ebifamtan laki godhaa 🙌🙌🙌🙌🙌

  • @ilmaanoromiyaabaloo4239
    @ilmaanoromiyaabaloo4239 5 годин тому

    Waaqayyo Arrabakee
    Giimiidhaan Dibeera
    Diinni garuu kana
    Baay'ee jibbeera!
    Abboo kun ajaa'iba jecha
    beeluu nama baasu
    Waaqayyoo ammas dabalee
    Si haa Eebbisu
    ❤❤❤
    Waaqayyo ammas
    Dabalee dabalee

  • @tame231
    @tame231 6 годин тому

    Dawit jechoonni kee baay’ee mi’aawu! galatoomi waaqayyo siyaa eebbisu.

  • @tesfayesentayehu6498
    @tesfayesentayehu6498 18 годин тому +1

    waa`ee ilma Eebbifamaa kana jechan ittiin ibsun dhaba. abbaankoo Eeyyeesusumtti siyaa Eebbisu. ammas irmijjaankee gara fulduraatti...

  • @mokonnontamasgeenmokonnontamas
    @mokonnontamasgeenmokonnontamas День тому +1

    Thank you, our favorite singer. God bless you 🙏

  • @berekettesfaye3520
    @berekettesfaye3520 19 годин тому

    Jechoota walitti rukuti Yesus keenya kana faarsi ammayyu❤❤

  • @LaliseKasim
    @LaliseKasim 2 години тому

    Eebbifami jireenya Kee kaa eebbaa haa ta,uu❤❤❤❤

  • @WAYOFLIFEMINISTRY-1
    @WAYOFLIFEMINISTRY-1 15 годин тому

    Wow devkoo ati albuuda keenyaa Waaqayyomttii dachaan si eebbisuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @YohanesRata
    @YohanesRata 8 годин тому

    Waaqayyoo si haa eebisuu Dawwee ayaana isaa ammayuu siif haa baayyatu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @wayitufetene2656
    @wayitufetene2656 14 годин тому

    wow God bless you my brother thank you ebbifamii dhugaa waqaa

  • @KumelaChalchisa
    @KumelaChalchisa 18 годин тому

    Uuff devaakoo maaluma siif godhuu abbaa kennichaaf galaanni haa ta'u naaf eebbifami ati nuuf kennaadha

  • @MartaGirma-j9d
    @MartaGirma-j9d 11 годин тому

    Dhalaa Ebbifaamaa nanaa dachaa Ebbifamii Ammaleee❤❤❤

  • @Meki121Makiii
    @Meki121Makiii 3 години тому

    Ebbifami haadhoo koo waaqayyoo dachaan saa ebbisu nama kaku❤❤❤❤❤❤❤

  • @FantuTigist
    @FantuTigist День тому

    Wowowowowowowo devee ebifamii dhugaaa kanacalataii gooftaa jabeesee saa dhaaabuu❤❤❤❤❤

  • @Galex_2400
    @Galex_2400 День тому

    Eebbifami Devo♥️ waaqayyoo waa'ee keef haa ulfaatu

  • @SeonMote
    @SeonMote 17 годин тому

    Ameeeeen ebifamii dachaa dachaan ayyaani waqayyoo kanumaa calaa sii haa bayyatuu

  • @SamuelGemechutube
    @SamuelGemechutube День тому +6

    Uuuuuuuufffffffffffff❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤abbaa jechoota dilbii

  • @mesertfekaduu3078
    @mesertfekaduu3078 9 годин тому

    Woowowowowo amen amen amen amen amen amen ebbifamii dachaa faarfannaa Kee hundaa isaa ittii ebbifamaa anii qaali namaa ati waqayyoo goftaa Amma dhumaatti jabbeessee mana isaa kessaa sii haa dhabbuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @ChuchaAyana
    @ChuchaAyana 13 годин тому

    anaan jechoota ati fayyadamtutu na ajaa'iba, eebbifami❤❤❤

  • @LaliHabtamu-h5s
    @LaliHabtamu-h5s День тому +1

    ❤❤❤🎉🎉🎉❤🎉❤🎉 wow akkana faarfannaan.
    Eebbifami Devoo koo

  • @Kookeetii-n5g
    @Kookeetii-n5g 6 годин тому

    Deve hojiin kee ajaibaa dhuga ebbifamii 🎉🎉🎉🎉

  • @ZufaanJifaaroo
    @ZufaanJifaaroo 20 годин тому

    may god bless you more in spirit psalmist david blessed in body and spirit may god's grace shine more from you ❤❤❤

  • @FekaduEnkosa
    @FekaduEnkosa День тому

    Bless you brother! What a talented guy you are🙆...Waa'ee keef waaqayyo haa ulfaatu.

  • @BurtukanTarikuu
    @BurtukanTarikuu 4 години тому

    Ebbifami dachaa dhugaa kan calaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤uuufff iyesu sif malitu malaa galataa qofadha❤❤❤❤😢😢😢😢galatomii❤❤❤❤😊

  • @LelisaTasfaye-yc9hl
    @LelisaTasfaye-yc9hl 18 годин тому +2

    Ameen Ameen Ameen Eebbifamii mucaa waaqayyo ❤❤❤❤❤

  • @ChaltoChalto-le1tb
    @ChaltoChalto-le1tb День тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ amaaleee dachaa ebbaafii sii haa godhatuuuuui

  • @YesookoAbbaako-wy5gf
    @YesookoAbbaako-wy5gf День тому +3

    Eebbifami Dave qaxalee 🥰🙏🏿

  • @tesfayenegeri-r5f
    @tesfayenegeri-r5f 18 годин тому

    uffee uffee faarfannaa kanaan moorgaafi lafeen koo walitti jabaate Eebbifami

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 16 годин тому

    Ebifamii Dave ❤❤❤

  • @BirkeDani
    @BirkeDani 16 годин тому

    Wwwwwwwwwwwwww dhugaa baayee 👌👌👌👌🙏🙏🙏

  • @miresatoluofficials4824
    @miresatoluofficials4824 11 годин тому

    Nama waaqayyo ergaa guddaa keessa nuuf kaaye. ❤❤❤❤❤❤ eebbifami

  • @AyantuBiranu-z4m
    @AyantuBiranu-z4m Годину тому

    Abba jechoitaa dilbbii davee ebbifamii kanaa calla ayyani sifii haa bayyatuu🙏🙏✅✅✅✅🫶🫶🫶

  • @DABABIRANU
    @DABABIRANU 12 годин тому

    Ammayyu farfannaa siif haa dabaluu gooftaan❤❤

  • @BejigaGeresu
    @BejigaGeresu 14 годин тому +1

    Ati artist kiristoos isa dhugaati❤

  • @NatoTadiyos
    @NatoTadiyos День тому

    Ufffff waaqayyo si haa eebbisu mirga isaati iddoo siif haa laatu eebbifami beqa jecha hin qabu🎉🎉🎉🎉

  • @Musetube-g5t
    @Musetube-g5t 14 годин тому

    Amazing work 👏 much grace 🙏 deva

  • @heavenmedianetwork
    @heavenmedianetwork 15 годин тому

    Ajaa'iba dhugaa , eebifami, iddoo guddaa sif qabna.❤

  • @gutabekele490
    @gutabekele490 19 годин тому

    Waaqayyoo Bara kee haa eebbisuu ❤❤❤

  • @SolomonBiftuBalea
    @SolomonBiftuBalea 13 годин тому

    Ajaa'iba Daawwee Waaqayyoo guddaasaa si haa eebbisuu

  • @WekgariHambisa-v7s
    @WekgariHambisa-v7s День тому +1

    Waaqayyoo ayyaanasa siif Haa baayyisuu hedduuman jaalladheem

  • @DiribaDemse
    @DiribaDemse 21 годину тому

    Wow ebbifamii qalii koo ❤❤❤❤❤

  • @BachaBekele
    @BachaBekele 14 годин тому

    Nuuf jabaadhu daawweekoo waaqayyoo si haa eebbisuu❤❤❤

  • @GaroTamasgen
    @GaroTamasgen 18 годин тому

    devakoo daachaa ebifaamii

  • @SimbooKoo
    @SimbooKoo 16 годин тому

    Deva faaruun kee hundii isaa waaqayyoof akka jiratan nama tasisaa ❤❤❤❤waaqayyoo bara jireenya kee haa eebbisuu ❤❤❤❤❤❤

  • @NewPhone-s5y
    @NewPhone-s5y День тому +2

    Jabaa nama Burqaan farfaana sii keessaa haa mirgisuu amayyuu❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Sifooraa
    @Sifooraa 7 годин тому

    Jechootakee keessatti itti dhiyeenya ati Kiristoosiif qabdu ilaala. Maal ta'a utuun qaamaan si argee sii wajjin Waaqayyoon Waaqessee kadhadhee jedheen yaade! Callisee Faarfannaakee caqasee akkan ittiin eebbifame kana. Callisiima baraabaratti eebbifami Deevookoo!
    Waaqayyo jechootaanis si badhaaseera,kuusaa jechootaa si taasise Waaqnikee . Ittiin faarsi ammallee!

  • @SegniTesema-pm6vk
    @SegniTesema-pm6vk День тому

    Devo yoo faarsan akkasiitti jabaadhu dhumakees Nuuf haa bareechu waaqayyo@!!!.

  • @kulaniEfa
    @kulaniEfa День тому

    Aja'ibaa dhugaa waaqayyoo ❤️❤️❤️❤️❤️eebbifami eebbifama koo❤❤❤❤

  • @orosmart1
    @orosmart1 13 годин тому

    Dave Baayyeee Si jaallanna
    Itti fufiu Faarfadhu Fuul waaqa keetis faarfachuuf jirta♥️♥️♥️

  • @TolasagashamaDame
    @TolasagashamaDame 5 годин тому

    Waanan jedhun dhabee dhugaa Eessa akka fuute jecha akka fayyadamtuu nam galu

  • @kiyyaailluu7482
    @kiyyaailluu7482 3 години тому

    Dachaa Dachaa Dachaadhan ebbifamii ebbifamii maqaa yesusin❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kusamiressa
    @kusamiressa 14 годин тому

    Wooooooow Devaaaaa
    God bless you to the rest of your life

  • @abebaararsa8171
    @abebaararsa8171 18 годин тому +1

    Hin Gatatu Ulfi kakuukoo hin gatatuu×100.....
    Situ darbateeto na hin gatatuu🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙌🙌🙌🙌🙌☝️❤❤❤❤❤❤

  • @beriberi9308
    @beriberi9308 День тому +1

    Ameeen ameeen ❤❤❤deemii hin dhabaatiin hamaa dhumaatii ❤❤❤

  • @gedagobena2181
    @gedagobena2181 17 годин тому

    wow amazing God bless you bro!

  • @lensaterfa6206
    @lensaterfa6206 День тому +1

    Ammaayyuu dibata kana siif haa baayyisu ❤❤❤❤❤

  • @GgffgFftyu
    @GgffgFftyu День тому +2

    Dabtaraa maaltu maraachee
    ❤💪

  • @Burteee2786
    @Burteee2786 13 годин тому

    Devo Waaqayyo sii haa ebbisuu ❤❤❤❤❤

  • @GeteGete-q4y
    @GeteGete-q4y День тому

    Wawawawoo Wan jechaa hin qabnuu Waqni bara kee haa ebbisuu Dv😊😊❤❤❤

  • @megersaasefa6868
    @megersaasefa6868 17 годин тому

    Wow what a song may god bless you deva🙏