Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Hori buli sinjedha Lenca kenya#listening from Kenya,Tana River ,Biyye Oromiyya
Uuuufffff yomiilee sidagaanuu dhugaaf duttee namni duhaa oluu jiiruu garuu rabiin jeenattaa siif hakkeenuu siilaas Aduunyaa Kanaraa Namni gaariin hin turuu kaachanchaala bu'aa qabneetu umuurii dheraatii malee kan akka woyaanee
Sirbaa guyyaatti tarra 1000 Dhagefadhu akka wan haarayatti natti dhaga’amu kan amata 100 boodaas dhaloota bakka bu'uu Usmaayyoo mussa Rabbiin Rahmata sif haa godhu 😢😢😢😢😢😢
Uuuuf way yaa du'aa lencaa akanaa kanaa fa'aa fudhatee rabbiin janataa ufitii sii haa qananisuu
Guyyaan waraanaa deemsis Baqqalaa Garbaa qaama miiraatii omn raajiidha nyaataanis mallaszenawii diina. garaan marii nageenyaa ummataatii lafa keessi imimmaanii wanyoon dadhabdee.harki hojii dhalootaaf beekumsaaan eeguu welcome to see ethioforrum diina dhufee arrabnis raajiidha karattis nyaataan nafaan qaama miiraatii guyyaan hojiif Subahannallah beekumsaaan injifannoo johar Muhammad congratulations to see ethioforrum nyaannis nafaan qaama eegaa!!!miliquu Abadan tasumaa gurris dubbii freejohar Muhammad
Amazing determined inspirational songs ...
rabbiin rahmata siif haa godhuu!!
Rabin sif haa araramu .(amiiin)
Rabbiin siif haa araaramu habibiko
sirbi nama sirriittii dhaggeefateef kun sirba baayyee miidhaga fi eenyuu ofi nama barsiisu fi kan lafee cabsee dhuka baasu dha.
galanni kee jannata haa tahu leenca oromoo ah
Yaarabbiikoo naafis karaan kanuma.halkan guyyarraa nagahaa fi rahmata kee kan cita qabnee nuutiiksii!!!!
Sirbaa keef Ebisa dhagahu mira hama na dhagama imimman qabachu danda'uu jijjiramma hardha jiruu kanna odoo jiraatani argitani maali qaba 😭😭
Anileen akumaa ketii walahii
Rabbi siif haa araramu warra jannataa si haa godhu nuuf jettee laatte lubbuu tokkitti!
Rabbiin nama kaayyoo ati irratti woreegamte galman gahu nu haa taasisu.lubbuun tee tasa baate hin haftu amrii rabbiitiin dachaan gumaa kee baafna.
Maasha'allah jkl Subahannallah saw saw saw beekumsaaan biyyeefis waraanaa kurreejilbaatii Biraanuu juulaa eegumsaaf garaan marii nageenyaa ummataatii sirna hargansuun har'as qalbiin waraana Nural huda samiifidachiidha Subahannallah saw beekumsaaan eeguu dhalootaaf nyaataanis harkii hojii lubbuu ummataatii Dr ijaafi gurraattis freejohar Muhammad freehamzaa dhugaa dhufee arrabnis Ustaz Hakim Subahannallah saw saw saw saw
Uuuuuuf Yaa Rabii Ati Arramif warra janataa tasiisif
Us Biyyeen sittii haasalphattu ♡
BIYEN TAA ISSAA LAFTU OBLESS KENAA OSMAYOO AMAYOO ❤😭☝🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
sodaa lubbuu tiya je'ee "heart touching song" aah
Abdii kuutaadhee hin taauu yoomuu hangaan biilisoomuti
Usmaayyoo keenya seenaan si yaadata qabsaayaa fi gameessa namaa Rest in pease 😭
Jannatul firdowsiin si haa badhasuu broo 😢😢❤💜
Ahhhhhhh wayyii gabrumaa Rabin rahmataa siif hagodhuu yaa goottaa oromo
Usamayoo musa ubira sii dadhabane falfala ka.e haa dhabane😭😭
The Legend Usmayo Musa, May your soul rest in peace!!
Yaa usmee rabbin jannat firdowsiin si haa qananisuu garaan na gubate maal siif taha rahmaatuma rabbii siif kadhanna
Ah rabbin janna ta sif ha khanu nuf jecha late lubbu qali
Ayii usmeeko jireenyi dudduuban deebitu amma keeti waan hambifte hin qabdu lubbuuke nuuf laate achumati Rabbiin sihaagammachiisu
Rabbii Janata sifii has kenuu
Feneti Kuse b
Usmaayyoo seenaan si haa yaadattu
Rabbi jannataan si haa qananiisu
Rabbi Rahmata sif haa godhu 😭😭😭😭
ayiiii maalsif godha booyus sidefachuu hin dandeenye ahhhhh nama bakkabu'e woregamu nuhatasisuu
Jaannata siif haa kannuu 😢😢😢😢
Kan jannatan rabbi sihaqanansisu falmata dhugaa
Leenca koo!!
Fourever usmayo
Ayii DUTI SI FUDHATEE USIMAYO RABII JANATAA FURIDOO ISAFI HAA KENUU
The most important thing to remember to dera your voice ❤ ♥ 💕 💖 💗 💛 ❤ ♥ 💕 💖 💗 💛 ❤ ♥ 💕 💖
Rabbiin jennatan siyaa qanansiisu
Rabbi issa haa Araramu
Love usmoyo
Rabbiin jannata siifa kennu
Rabin janata sif hakenuu usmayuu musa
Rabbi hhaaa rahamatuf
Rabbin rahmata siha godhu
Uuuuuuuffff biyyeen siif ha salphaatuu.😭😭😭😭
Rabbi jannatul firdos isaa kenu
Rabbiin rahamata sihfa haagodha Amiiiiiiiiiiiiiiin 😭 😭 😭 😭
1 dhalate 2 jirte yaa daachii duubbadhu bafadhu haaffuura fiittii hin usiin quuqaa sii garaa iffatti haa muultu duyida keetiraa
yomuu senaan bara baraan sih yadataa
Guyyaan hojiif haqa ofii ijaafi gurraattis freejohar Muhammad. Hubadhu mallaszenawii garaan diina.qalbiin hiyyeettii bulchiinsa lafaatiin dubbii hiyyoomee.Diina harkii naatoo qabuu congratulations nyaataan dhalootaaf beekumsaaan eeguu ofitti ragee.har'as to see ethioforrum nyaataan dhalootaaf beekumsaaan eeguu welcome to see mallaszenawii harkii diina jechama mallaszenawii to see ethioforrum the same to Abiyyii Ahmadiif ogummaan ofii diina onneen marii ida'amuun morka taste hojii maqaa hayyuun lubbuu ummataatii eeguu maaloo hayyootaa yaannis hidhaa qabuu
i wish u jannatul firdowsi
Seenan sidagatu
Rahimaa allah
Obbolowwan kiyya hin irranfatina warra bilisummaaf falme hunda
😭😭😭rabbii jannataan isaa haa gammachisu
Uuff hero
My fever song ❤️
You live forever usmayyoo mussa 😥❤👏💪
Rip usmayo muusa
Senaani isaa hayadatu
Rabi ha rahmatuf
🙏🙏🙏
uuuuuuuuuuffffffffffffffffffff osuma jiraattanii hammuma Kanas argitaniiiiiiiiiii hay
wayiiiiiii yaa fooni koo rabbin jannatani si haa qananisu fuli rabbi itti haa tolu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
RIP brother we💗💗💚💗💗
Oh...ho.. Ho..ho..ho..ho . Oh...ho..Ho..ho..ho..hoOh...ho.. Ho..ho..ho..ho aha ha ha ha hahaa..Jirra.. Jirra..jirraa....jirraJirra..jirra..jirraaaaJirra.. Jirra..jirraa....jirraJirra..jirra..jirraaaaJirra bullee barii arguufGaraa nu ballisee yaa nuhii.. Yaa nuhiiYaa nuhii.. Yaa waa irraanfachuufYaa waa irraanfachuufYaa waa irraanfachuuf yaa nuhii/4Tafkiidhaaf utaalchoo..oooGeergoodhaaf miliqqee..eeXaddee kuttee hin baaneefWaayyuudhaaf rasaasaAllaattiidhaaf koochooAllaattiidhaaf koochoo.oooQocaadhaaf dhagaachaKennaa maaltu didaJirra hunda baachaaJirra.. Jirra..jirraa....jirraJirra..jirra..jirraaaaJirra.. Jirra..jirraa....jirraJirra..jirra..jirraaaaKunoo har'allee jirraYaa..a...a..a.. nu'iiNan mammaakaNa mammaaksisaUumamni seera uumaa dabseRaajii bara kanaan raajakaErga buqqeen dhagaa cabseeNan mammaaka na mammaaksisaRaajii bara kanaa yaa jamaaBoolla keessa teessee boolla qottiDhaala abbaashee ilmoon rirmaaShiran shiraniiGaraaf qalbii kiyya hataniiAkkan sirraa cituuf yaadaniiMaal godheen an sirraa citaaMaal godheen an sirraa citaaaaSi fudheen Gincii koo lixaSi fudheen Gullisoo lixaSi fudheen Dadar koo lixaSi fudheen Shaallaa koo lixaSi fudheen Shukkutee lixaaSi fudheen Sabbataa lixaSi fudheen Awwadaayi lixaShira shiraniiIsaanoo nu doorsisaniiAkkan sirraa cituuf yaadaniiMaal godheen an sirraa citaMaal godheen an sirraa citaaaaSi fudheen Ajjee koo lixaSi fudheen Sarboo koo lixaBulee Horaa koon siin lixaSi fudheen Naqamtee lixaSi fudheen Machaaraa lisaSi fudheen Shaashee koo lixaSi fudheen Machaaraa lixaaSi fudheen Baabbichee lixaSi fudheen Najjoo koo lixaSi fudheen Ammayya lixaJirra.. Jirra..jirraa....jirraJirra..jirra..jirraaaaJirra.. Jirra..jirraa....jirraJirra..jirra..jirraaaaJirra bullee barii arguufGaraa nu ballisee yaa nuhii.. Yaa nuhiiYaa nuhii.. Yaa waa irraanfachuufYaa waa irraanfachuufYaa waa irraanfachuuf yaa nuhii/5Baayyinni rakkoodhaa furmaata mataansaaHar'een ba'aa diddeeti taate harre diidaaQambar sadii cabseeti..Qambar sadii cabseeti qotiyyoon gafarsaaHammeenyi ulee mataas injiraan ajjeesaHammeenyi ulee mataas injiraan ajjeesaJirra.. Jirra..jirraa....jirraJirra..jirra..jirraaaaJirra.. Jirra..jirraa....jirraJirra..jirra..jirraaaaKunoo har'allee jirraYaaaaaa...a...a...a. NuhiiNan mammaaka na mammaaksisaUumamni seera uumaa dabsee'In mullata deemi naan jedhaDukkana dukkanatti ibseeNan mammaaka na mammaaksisaRaajii bara kana yaa jamaaBoolla keessa teessee boolla qottiDhaala abbaashee ilmoon rirmaaShiran shiraniiGaraaf qalbii kiyya hataniiAkkan sirraa cituuf yaadaniiMaal godheen an sirraa citaMaal godheen an sirraa citaaaaSi fudheen Meettaa ko lixaSi fudheen Horroo koo lixaSi fudheen Walisoo lixaSi fudheen Ginniir koo lixaSi fudheen Roobee koo lixaSi fudheen Leemman koo lixaSi fudheen Sulultaa lixaShira shiraniiIsaanoo nu doorsisaniiAkkan sirraa cituuf yaadaniiMaal godheen an sirraa citaMaal godheen an sirraa citaaaaSi fudhen Dodolaa lixaSi fudheen Begii koo lixaSi fudheen Jalduu koo lixaaSi fudheen Maqii koo lixaSi fudheen Gaalessa lixaLiiban Cuqqaalaan siin lixaSi fudheen Gindoo koo lixaDambi Doolloo koon siin lixaSi fudheen Amboo koo lixaSi fudheen Cillimoo lixaSi fudheen Finfinnee lixaSi fudheen Shaggar koo lixaSi fudheen Oromiyaa lixaBiyya Abbaa kootiin siin lixaSi fudheen Oromiyaa lixaBiyya abbaa kootiin siin lixaSi fudheen..Biyya abbaa koo........
Rabbii siif araaramu
Rabbijannatan ha gammachisu nulle nama kayyo ke galmaan gahu nu ha godhuu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Wwwooww😢😢🙏💔💘
😭😭😭😭😭😭
Wweww
Rlp
Uuuuuuuffff😭😭😭😭😭😭
rest in peace
Elu
😭😭😭😭😭😭😭
rip
rip usmayo the oromo legend
migerm oromic song love you usmiyo
usumayo lubuke jannatan nuf aboqotu aban duwu senaan hin badu
Rabbi warra jannataa isa haa godhu rabbi haa araramuuf!
Rabbiin rahmata haagodhuuf
Muhe Love manni isaa jannataa rabbii haa ta'u
R I P Our legend
😭😭😭
👊🙅♂️🙅♂️🙅♂️🙅♂️🙅♂️
😭😢😢🙈🙈
Rip 😢
Finfinnee Mp3 No
Mohamed Ahmed as@@@@@
Rip usamyoo
às
Aß
bntja
Rabbiin jannataan sihaa qananiisu
Rabbiin Ija Rahmataatin si haalaalu😭😭😭😭😭😭
😭😭
Hori buli sinjedha Lenca kenya#listening from Kenya,Tana River ,Biyye Oromiyya
Uuuufffff yomiilee sidagaanuu dhugaaf duttee namni duhaa oluu jiiruu garuu rabiin jeenattaa siif hakkeenuu siilaas Aduunyaa Kanaraa Namni gaariin hin turuu kaachanchaala bu'aa qabneetu umuurii dheraatii malee kan akka woyaanee
Sirbaa guyyaatti tarra 1000 Dhagefadhu akka wan haarayatti natti dhaga’amu kan amata 100 boodaas dhaloota bakka bu'uu Usmaayyoo mussa Rabbiin Rahmata sif haa godhu 😢😢😢😢😢😢
Uuuuf way yaa du'aa lencaa akanaa kanaa fa'aa fudhatee rabbiin janataa ufitii sii haa qananisuu
Guyyaan waraanaa deemsis Baqqalaa Garbaa qaama miiraatii omn raajiidha nyaataanis mallaszenawii diina. garaan marii nageenyaa ummataatii lafa keessi imimmaanii wanyoon dadhabdee.harki hojii dhalootaaf beekumsaaan eeguu welcome to see ethioforrum diina dhufee arrabnis raajiidha karattis nyaataan nafaan qaama miiraatii guyyaan hojiif Subahannallah beekumsaaan injifannoo johar Muhammad congratulations to see ethioforrum nyaannis nafaan qaama eegaa!!!miliquu Abadan tasumaa gurris dubbii freejohar Muhammad
Amazing determined inspirational songs ...
rabbiin rahmata siif haa godhuu!!
Rabin sif haa araramu .(amiiin)
Rabbiin siif haa araaramu habibiko
sirbi nama sirriittii dhaggeefateef kun sirba baayyee miidhaga fi eenyuu ofi nama barsiisu fi kan lafee cabsee dhuka baasu dha.
galanni kee jannata haa tahu leenca oromoo ah
Yaarabbiikoo naafis karaan kanuma.halkan guyyarraa nagahaa fi rahmata kee kan cita qabnee nuutiiksii!!!!
Sirbaa keef Ebisa dhagahu mira hama na dhagama imimman qabachu danda'uu jijjiramma hardha jiruu kanna odoo jiraatani argitani maali qaba 😭😭
Anileen akumaa ketii walahii
Rabbi siif haa araramu warra jannataa si haa godhu nuuf jettee laatte lubbuu tokkitti!
Rabbiin nama kaayyoo ati irratti woreegamte galman gahu nu haa taasisu.lubbuun tee tasa baate hin haftu amrii rabbiitiin dachaan gumaa kee baafna.
Maasha'allah jkl Subahannallah saw saw saw beekumsaaan biyyeefis waraanaa kurreejilbaatii Biraanuu juulaa eegumsaaf garaan marii nageenyaa ummataatii sirna hargansuun har'as qalbiin waraana Nural huda samiifidachiidha Subahannallah saw beekumsaaan eeguu dhalootaaf nyaataanis harkii hojii lubbuu ummataatii Dr ijaafi gurraattis freejohar Muhammad freehamzaa dhugaa dhufee arrabnis Ustaz Hakim Subahannallah saw saw saw saw
Uuuuuuf Yaa Rabii Ati Arramif warra janataa tasiisif
Us Biyyeen sittii haasalphattu ♡
BIYEN TAA ISSAA LAFTU OBLESS KENAA OSMAYOO AMAYOO ❤😭☝🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
sodaa lubbuu tiya je'ee "heart touching song" aah
Abdii kuutaadhee hin taauu yoomuu hangaan biilisoomuti
Usmaayyoo keenya seenaan si yaadata qabsaayaa fi gameessa namaa Rest in pease 😭
Jannatul firdowsiin si haa badhasuu broo 😢😢❤💜
Ahhhhhhh wayyii gabrumaa Rabin rahmataa siif hagodhuu yaa goottaa oromo
Usamayoo musa ubira sii dadhabane falfala ka.e haa dhabane😭😭
The Legend Usmayo Musa, May your soul rest in peace!!
Yaa usmee rabbin jannat firdowsiin si haa qananisuu garaan na gubate maal siif taha rahmaatuma rabbii siif kadhanna
Ah rabbin janna ta sif ha khanu nuf jecha late lubbu qali
Ayii usmeeko jireenyi dudduuban deebitu amma keeti waan hambifte hin qabdu lubbuuke nuuf laate achumati Rabbiin sihaagammachiisu
Rabbii Janata sifii has kenuu
Feneti Kuse b
Usmaayyoo seenaan si haa yaadattu
Rabbi jannataan si haa qananiisu
Rabbi Rahmata sif haa godhu 😭😭😭😭
ayiiii maalsif godha booyus sidefachuu hin dandeenye ahhhhh nama bakkabu'e woregamu nuhatasisuu
Jaannata siif haa kannuu 😢😢😢😢
Kan jannatan rabbi sihaqanansisu falmata dhugaa
Leenca koo!!
Fourever usmayo
Ayii DUTI SI FUDHATEE USIMAYO RABII JANATAA FURIDOO ISAFI HAA KENUU
The most important thing to remember to dera your voice ❤ ♥ 💕 💖 💗 💛 ❤ ♥ 💕 💖 💗 💛 ❤ ♥ 💕 💖
Rabbiin jennatan siyaa qanansiisu
Rabbi issa haa Araramu
Love usmoyo
Rabbiin jannata siifa kennu
Rabin janata sif hakenuu usmayuu musa
Rabbi hhaaa rahamatuf
Rabbin rahmata siha godhu
Uuuuuuuffff biyyeen siif ha salphaatuu.😭😭😭😭
Rabbi jannatul firdos isaa kenu
Rabbiin rahamata sihfa haagodha Amiiiiiiiiiiiiiiin 😭 😭 😭 😭
1 dhalate 2 jirte
yaa daachii duubbadhu bafadhu haaffuura
fiittii hin usiin quuqaa sii garaa
iffatti haa muultu duyida keetiraa
yomuu senaan bara baraan sih yadataa
Guyyaan hojiif haqa ofii ijaafi gurraattis freejohar Muhammad. Hubadhu mallaszenawii garaan diina.qalbiin hiyyeettii bulchiinsa lafaatiin dubbii hiyyoomee.Diina harkii naatoo qabuu congratulations nyaataan dhalootaaf beekumsaaan eeguu ofitti ragee.har'as to see ethioforrum nyaataan dhalootaaf beekumsaaan eeguu welcome to see mallaszenawii harkii diina jechama mallaszenawii to see ethioforrum the same to Abiyyii Ahmadiif ogummaan ofii diina onneen marii ida'amuun morka taste hojii maqaa hayyuun lubbuu ummataatii eeguu maaloo hayyootaa yaannis hidhaa qabuu
i wish u jannatul firdowsi
Seenan sidagatu
Rahimaa allah
Obbolowwan kiyya hin irranfatina warra bilisummaaf falme hunda
😭😭😭rabbii jannataan isaa haa gammachisu
Uuff hero
My fever song ❤️
You live forever usmayyoo mussa 😥❤👏💪
Rip usmayo muusa
Senaani isaa hayadatu
Rabi ha rahmatuf
🙏🙏🙏
uuuuuuuuuuffffffffffffffffffff osuma jiraattanii hammuma Kanas argitaniiiiiiiiiii hay
wayiiiiiii yaa fooni koo rabbin jannatani si haa qananisu fuli rabbi itti haa tolu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
RIP brother we💗💗💚💗💗
Oh...ho.. Ho..ho..ho..ho . Oh...ho..
Ho..ho..ho..ho
Oh...ho.. Ho..ho..ho..ho aha ha ha ha ha
haa..
Jirra.. Jirra..jirraa....jirra
Jirra..jirra..jirraaaa
Jirra.. Jirra..jirraa....jirra
Jirra..jirra..jirraaaa
Jirra bullee barii arguuf
Garaa nu ballisee yaa nuhii.. Yaa nuhii
Yaa nuhii.. Yaa waa irraanfachuuf
Yaa waa irraanfachuuf
Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii/4
Tafkiidhaaf utaalchoo..ooo
Geergoodhaaf miliqqee..ee
Xaddee kuttee hin baaneef
Waayyuudhaaf rasaasa
Allaattiidhaaf koochoo
Allaattiidhaaf koochoo.ooo
Qocaadhaaf dhagaacha
Kennaa maaltu dida
Jirra hunda baachaa
Jirra.. Jirra..jirraa....jirra
Jirra..jirra..jirraaaa
Jirra.. Jirra..jirraa....jirra
Jirra..jirra..jirraaaa
Kunoo har'allee jirra
Yaa..a...a..a.. nu'ii
Nan mammaaka
Na mammaaksisa
Uumamni seera uumaa dabse
Raajii bara kanaan raajaka
Erga buqqeen dhagaa cabsee
Nan mammaaka na mammaaksisa
Raajii bara kanaa yaa jamaa
Boolla keessa teessee boolla qotti
Dhaala abbaashee ilmoon rirmaa
Shiran shiranii
Garaaf qalbii kiyya hatanii
Akkan sirraa cituuf yaadanii
Maal godheen an sirraa citaa
Maal godheen an sirraa citaaaa
Si fudheen Gincii koo lixa
Si fudheen Gullisoo lixa
Si fudheen Dadar koo lixa
Si fudheen Shaallaa koo lixa
Si fudheen Shukkutee lixaa
Si fudheen Sabbataa lixa
Si fudheen Awwadaayi lixa
Shira shiranii
Isaanoo nu doorsisanii
Akkan sirraa cituuf yaadanii
Maal godheen an sirraa cita
Maal godheen an sirraa citaaaa
Si fudheen Ajjee koo lixa
Si fudheen Sarboo koo lixa
Bulee Horaa koon siin lixa
Si fudheen Naqamtee lixa
Si fudheen Machaaraa lisa
Si fudheen Shaashee koo lixa
Si fudheen Machaaraa lixaa
Si fudheen Baabbichee lixa
Si fudheen Najjoo koo lixa
Si fudheen Ammayya lixa
Jirra.. Jirra..jirraa....jirra
Jirra..jirra..jirraaaa
Jirra.. Jirra..jirraa....jirra
Jirra..jirra..jirraaaa
Jirra bullee barii arguuf
Garaa nu ballisee yaa nuhii.. Yaa nuhii
Yaa nuhii.. Yaa waa irraanfachuuf
Yaa waa irraanfachuuf
Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii/5
Baayyinni rakkoodhaa furmaata mataansaa
Har'een ba'aa diddeeti taate harre diidaa
Qambar sadii cabseeti..
Qambar sadii cabseeti qotiyyoon gafarsaa
Hammeenyi ulee mataas injiraan ajjeesa
Hammeenyi ulee mataas injiraan ajjeesa
Jirra.. Jirra..jirraa....jirra
Jirra..jirra..jirraaaa
Jirra.. Jirra..jirraa....jirra
Jirra..jirra..jirraaaa
Kunoo har'allee jirra
Yaaaaaa...a...a...a. Nuhii
Nan mammaaka na mammaaksisa
Uumamni seera uumaa dabsee
'In mullata deemi naan jedha
Dukkana dukkanatti ibsee
Nan mammaaka na mammaaksisa
Raajii bara kana yaa jamaa
Boolla keessa teessee boolla qotti
Dhaala abbaashee ilmoon rirmaa
Shiran shiranii
Garaaf qalbii kiyya hatanii
Akkan sirraa cituuf yaadanii
Maal godheen an sirraa cita
Maal godheen an sirraa citaaaa
Si fudheen Meettaa ko lixa
Si fudheen Horroo koo lixa
Si fudheen Walisoo lixa
Si fudheen Ginniir koo lixa
Si fudheen Roobee koo lixa
Si fudheen Leemman koo lixa
Si fudheen Sulultaa lixa
Shira shiranii
Isaanoo nu doorsisanii
Akkan sirraa cituuf yaadanii
Maal godheen an sirraa cita
Maal godheen an sirraa citaaaa
Si fudhen Dodolaa lixa
Si fudheen Begii koo lixa
Si fudheen Jalduu koo lixaa
Si fudheen Maqii koo lixa
Si fudheen Gaalessa lixa
Liiban Cuqqaalaan siin lixa
Si fudheen Gindoo koo lixa
Dambi Doolloo koon siin lixa
Si fudheen Amboo koo lixa
Si fudheen Cillimoo lixa
Si fudheen Finfinnee lixa
Si fudheen Shaggar koo lixa
Si fudheen Oromiyaa lixa
Biyya Abbaa kootiin siin lixa
Si fudheen Oromiyaa lixa
Biyya abbaa kootiin siin lixa
Si fudheen..
Biyya abbaa koo..
......
Rabbii siif araaramu
Rabbijannatan ha gammachisu nulle nama kayyo ke galmaan gahu nu ha godhuu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Wwwooww😢😢🙏💔💘
😭😭😭😭😭😭
Wweww
Rlp
Uuuuuuuffff😭😭😭😭😭😭
rest in peace
Elu
😭😭😭😭😭😭😭
rip
rip usmayo the oromo legend
migerm oromic song love you usmiyo
usumayo lubuke jannatan nuf aboqotu aban duwu senaan hin badu
Rabbi warra jannataa isa haa godhu rabbi haa araramuuf!
Rabbiin rahmata haagodhuuf
Muhe Love manni isaa jannataa rabbii haa ta'u
R I P Our legend
😭😭😭
👊🙅♂️🙅♂️🙅♂️🙅♂️🙅♂️
😭😢😢🙈🙈
Rip 😢
Finfinnee Mp3
No
rip
Mohamed Ahmed as
@@@@@