Rabbiin kana imana qabdu kana onnee guttun si jalattu hagaa dhuma si wolliin jiratuu sif haakenu kanaf Hiren kana Rabbitti hin yaaddin siluma waa maale Rabbiin sirraa hin qabne kanaf jalaalli haqa qabdi atti dhisii
Wlh Qalbi nama caba 😢Dhibbee Jalalaa kama jalatetu arga hayi cara Shamarani kenya kani nu jalate iti bona kani nu jibe fana bona 💔❤️🩹 obolesa ko Rabbiin tani Sihi Jalate sihi walini jiratu sifi ha kenu 😢😢
Wabiiyee amantii kenyaa naa dageesse male jalala dhugaa sii wajiin jirachuu barbada ture ani kiristanna Ati musilama male ani nama jalalan midhamedha biyyaa nama keessattii sila midhama laman walitti fayyaa tanayuu 😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
Rabbii kani sii jalatuu tani atii❤❤❤ jalatuu rabbii bakka sifi habusuu Abishir oboleesa koo hin gaddii nama nama hin jalanee ira fagatuu malee wotii bira hin jiruu😢😢
Wabii koo jabadhu haadho garuu ati ni jallattee badii takka qabdu garuu tan isii caaltu ta isii si irraanfachiftu sif ha kannuu kana booda irraanfadhu ka jalatee beeka gubaa jalalaati 💪💪💪
Namaa jalaate namaa hubaata uuufff. Ani nyaata dhugaati dhisee of jibbee even qaama koo hin dhiqaadhu hangaa of jibbee , madamin bira hojjaadhu waan sammuu dhibamuu hangaa na seetu takkaatti rakkaadhee uuuuff .alahamdulillaah amma gaaru namaayu hin jalaadhu isaa dhisii
Wabii hucuu gubbuu rabbii hin jalatuu garruu rabbii sihaa dhisuu jalali hammadha ni beena. 😢😢 Zibaala gashuu qabda malee gubbuu hin qabdu miskinaa meeqatu jiraa kan mana wan ufaatu hin qabnee Abshiir wa hundaafuu hin yaadiin
Rabiin dubarti saliha tanii sii jalatu tanii sii kabaju tanii siif amanamtu tanii imana qabdu Rabiin siif haa kenu ❤❤ hiree kee harka rabii jira Rabiin ishii siif qone baga gubde sirri gote wan sii yadachisu gubu kee
Rabiin garaa irra sii haa murachisu
Siif immo intala saliha siif haa kenu
Amiiin Amiiin dhugaa garaa nama nyaataa
Mee salaatii halkiin kophaa kee rabbii kettii booyii akka yaadaa isii irranfattuu anis siwoliin booyaa jiraa garaan nadadhabee gubaa jalala kan jalateetu beeka
As wr wb akkami ngy fayyadha jirrtaa
MaShaallaah ❤️ maShaallaah
Albeeni abbaani qaree abbaa qalee jedhamamiree.ufumaa ufii balesitee.osoo prink tasisuu batee ishee hin dhabduu.ilmii namaa waa heduu irraa baratuu jedheni yadaa.maloo obbolaa koo prink jalalaa digduu irraa ufii qusadhaa mee worii dubin kuni dhugaa jetani like fi maati na tayaa yaa umataa oromoo koo❤❤❤❤❤❤
Lakki sirrii Prank godhee Akka isheen jalalaa isaaf immo Namaa biraati Akkaa qabduu adda bafatee Bar . Utuu dhugumaa Wabii jallatii ta'ee Prank Mitii waan kana caaluu iyyuu Biraa kutii turtee
dhuga ketii wollhi
Bagaa gubidee mubee rabbii Kani ishii calituu rabbii sifii haa kenuu ishaa Alha ati namaa garidhaa
Wabii qalii namaa ❤❤Ormoo Wabii kesanii yero gababaa kesatii Kuma dhibaa galcha sabona kesanii❤❤❤❤❤❤🎉
Hannichoo gaarii namaa
@@Wabii-j4rwabii waqaayyoon nama gaarii sifi haa kenuu❤❤❤😢
Abshiir wabii qalli nama 😢😢😢kan jaalate abbaa tu bekaa Kan walif qoduu rabbii tu bekaa abshiir hireen qoodaa rabbii tii
Rabbii dubarttii wa hundaa siifi qabiidu siifi ha keenu dubarttii jalalafikabja ❤❤❤❤❤❤
Jalalaa rabbii fii rasuulullaah sallahuu aleyyi wasalam rabiin sii haa kenu ishalaa jalalaa ilamaa namaa sif hin kadhanuu anii jalalii zabanaa kanaa kunii akamii saa
Guba Jaalalaa isa argee nama beekaa Rabbiin obsa isa siif haa kennu jabaadhu wabii❤️💔🖤😭😭
Abshir kan sijalattu rabbin bakka sif habussu 😢😢😢❤❤ atii ganna ijolledha caraa bayyettu Si,egata dhuga abshir wobii sitin dhagahaminii😢
Tolchitee Wabii Rabbiin tan isirraa caaltuu siif khanna obsii, isituu sidhabe male atii hindhabnee abshir ittii sheenawuuf jirattii,
❤❤❤bareda gote duraanuu uffata suraa ufatuun hin ta,u
Ishenu Nan qaba hin jenne gafa sadon tole jete Ishenu sii darbite baga gubdee kan ishee caltuu rabbiiin sif haa kenuu w ❤❤❤❤❤
Ayu dhumaa Sanuu osò gubanii
😂😂😂😂
👍😂😂😂
Dhugaa ketii namaa 2 mite jiritii Wabi fi sumeyaa mitee
Abshir rabbiin obsa siif haa kennu kan sana caaltu rabbiin siif haa kennu
Waaqayyoo goftan kan ishii caltuu sif haa kenuu❤❤
Rabbiin kadhaadhuu siif lafisaa hundaa rabii obsaa sii haa kenuu
Baga gubdee dhugaa rabbi miraa kessa bayii rabbin kadhadhu akka taa ofii jaltuu rabbin sifi haa fiduu intala imana qabduu taa sii jalatuu taa si kabaju
Dhisii kan ishee caaltu kan si hubbaatu kan si kabaajuu kan safuu beektuu kan jaalala dhugaa sif qabdu Raabbi akka sif kennu abdii qabaa jabaadhu obboleessa koo akka ulfaatu beekamaadha garuu waaqayyoo obsaa sif yaa kennu
Itti muddi habibi😢 abbaa feete caalta ati.Dubartiin si argatte huma eebbifamte
Hoji ke nyadhu 😁🙆 foyoo
Inshaa allh rabbii kee gafadhuu ta sif qodee ibada keesatii
Bagaa gubdee dhugaa kaan biraa jaladhuu akaa ishii irafatuu taii. Abshir
Rabbini intalaa imman qabdu siif ha kennu tan musilimaa taatee waan hundaa rabbini baareche sii ha kennu rabbini obbollessa kiyya amma dhala amanta bira irraa fagadhu dhugaa hayyu baguma rabbini siif hin qoodini intalaa amalaa zeroo irra akka nama fayya hin qabne godhati allahmduliah jedhii rabbini keeyrii guddaf sirra qabe ta'e
Abshiir Raabbiin taa isheecaltuu sif hafiduu❤❤❤❤❤❤
Mati nafi tai me❤
Kanafu rabike hin dagatiini yobatus yokatus duaayin godu Rabiiketi Dubaatadu Kan Ayu caltu Rabin siha badasu Taaka Ahisa taka kadija taaka fatima taaka zhara Rabin siha badasu jeeda Wnii Aduny kaanarati Nama mudatu hudu qormatuma Homaaf Rabin kunis siiqormaate siimide Gaaru Akaaisi san lubu keti ufhin mine wan ilma islamatatef Rabin sitoyaate Kanafu Amas Rabin siibira hajiiratu jeda Amsir Raabiin taaka Aliiya siiha fidu wly Heedu Naamarartaa❤❤❤
Abshiri lubbu ❤❤❤❤❤❤oromo sii waalin jiraa shamarani oromoo 100000 guutee
Isnii duranuu sii hin jalatuu oso sii jalatee yero sii kenitti turee wanii bakka sii hin qabanefi atti obsi amaa rabbi kanii isii caluu sii basaa rabbi isnii haraa sii jibitee sunii boruu gabunii isii hin oluu atti kana booda isii ofi kessaa basii Anu jalqaba Akka Kee ta'e amaa alhmdulillah wanii sanii caluu rabbi nafii kene namani sunii garuu ama gubataa kesaa galee gabiini quba ofi nyataa namani sii midhee debisee midhamaa eshii obsi😢😢😢
Uuuuff bayyee gaara naa nyattee abshir waqayoo kan sii jalattu fi kan hatii jalattuu yeroo dhiotti bakka sif haa busuu ❤❤
Rabbiin kana imana qabdu kana onnee guttun si jalattu hagaa dhuma si wolliin jiratuu sif haakenu kanaf Hiren kana Rabbitti hin yaaddin siluma waa maale Rabbiin sirraa hin qabne kanaf jalaalli haqa qabdi atti dhisii
Abshirii Sifilee hiree gaarii Rabbii sif ha basuu❤❤❤❤❤❤
Bayee garaa namaa nyataa dhugaa uuuyyii
Isas rabbiin si keessa haa gubu inshaallh fuuldura keeti fuudhee duuba kee haa qabu inshaallh 😭😭😭😭😭😭😭😭😭wallaahi haraa nama gubata
😢😢😢😢waqayyoo Kani ishee caaltuu siif haa keenu waqayyoo
Rabbiin Samu kee kessa hintala tana habadu rabbiin Nama ofi jaalatu sihaakenu
ወይ ትርጉም እደኔ የተቸገረ አለ ውይ😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😂😂😂😂😂
አለሁ እኔ ከከከከከ
ዙረት አበዛን ግን 😅😅ስለሚያሳዝነኝ ሁሌ እከታተሀዋለሁ 😥😥😥😒😒😒
@Amna🤣🤣🤣Amna-r4h
እኔም እኮ በጣም ነው ያፍራታል ፍቅር ይከበዳል እርሱ መሳት አቅተው
Abshiir siifis rabbii jiraa ❤❤❤❤❤❤
Kana gooteedhaaf waan ishee dagattu miti garuu keessa kee fi yaada kee ishee irraa fageessuu yaadi malee Rabbii siif haa laaffisu😢
Si argattii boo sahiboo siitu isii calaa obbolessoo
Wl Wr Wb 😊
Wabbii koo qaalii namaa Amasharii rabbin siif jiraa kani ishe calluu siif haa kenuu homa mitii insha'allah 💔💔😢😢😢😢hireen qoodaa rabbiiti ishe malaqaa laltee malee boruu malituu naa mudata bektuu dhisii haa dematuu atii yadda isii dhisii😢❤❤
Yaa Allah jaalalli bayyee ulfaata keessattu nama nama hin jaallanne jaallachun wabiii abo rabbi fuldura keti fuudhee dudduba kanke ha godhu rabbi
Wlh Qalbi nama caba 😢Dhibbee Jalalaa kama jalatetu arga hayi cara Shamarani kenya kani nu jalate iti bona kani nu jibe fana bona 💔❤️🩹 obolesa ko Rabbiin tani Sihi Jalate sihi walini jiratu sifi ha kenu 😢😢
abshiirii rabiinii hiiree baareedaa siiifii haa basuu raabiini ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mucatiin tuunii bayyee ofiitii taphatee mucaa qaxaalee kana dhiiftee saayidii abbaa ijoollee fiilaatee. attii kaa ishee oolii argartaa maltuu akkanaa sii goodhee
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 haaaaaaaayyyiiiiii🙊 bayye gara nama nyata garu rabbin siiff haa lafisu Kaa ini dandahadha 🤲🤲🤲 inshallah
Abshiir rabbii sii jajabeessu uf keessa baasii
Wabiiyee amantii kenyaa naa dageesse male jalala dhugaa sii wajiin jirachuu barbada ture ani kiristanna Ati musilama male ani nama jalalan midhamedha biyyaa nama keessattii sila midhama laman walitti fayyaa tanayuu 😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
😂😂😂😂
Saanyii ofii Walhalla sittiu jalatee malee rabbii sifi hin jalanee itti hin jalatin
Rabbii wan isihi caluu rabbii bakaa sihi haa busuu
Mubee Tan Imaanan Guutamte rabbiin siif haa fiduu
kaa rabbii siif latte esale hin dhaxu homayu mittii jabadhu obolesako
Dhugaa naanii bo.ee bayee nii ulftaa waqayyoon kaan siif yadee sifaa keenuu hadhoo koo😢😢😢
Amaa baroo gotee wolayii kan isi caluu Rabinii sifi kenaa inshaaAlhaa
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢die 😢😢
Rabbii kani sii jalatuu tani atii❤❤❤ jalatuu rabbii bakka sifi habusuu Abishir oboleesa koo hin gaddii nama nama hin jalanee ira fagatuu malee wotii bira hin jiruu😢😢
Miskinaa koo Rabin Kan SI jalatuu sif hakenuu❤❤❤❤
Qaaliikeenya Abshiir atii namaa kaabajati yoomiyuu❤❤❤❤❤
Waajedus hin Qabu garu watisijecu barbadu Rabin obsa siifhaakenu jeeda Dursley Kabiiramo Duaayima sigona Wati duayi calendar jiru. Akasumas Rabikee kadu Salata kesatile duaayi godu Raabin wahuma sabaaba Namati godee Itiin Naama fatana
Abashir inshala rabbiin furmataa siif haa fiduu inshala
Yaa Oboleesa kiyyaa Ati ganaa mucaa Xiqqaduaa waa Bayyee si egatta Kanan sammuu kee hin dhippisin Rabbiin waan namarraa qabuu hundaa keyrii fakkese sharri sirraa qabaa kanafuu Sabrii godhi ofii Midhin
Atii rabbiiti ammanu qabdaa rabbiin wan sif hin siti hin fidu isimatu sif hin tane beekaa siraa qabee rabbiin kenyaa nama hin midhuu bekkii
Aswrwb 😢😢❤❤
Abshir rabbiin irratti hirkaadhu wolaahi waa malee miti ka rabbiin sirraa fagessef
Amshrii qalii Namaa Humamitii Nidarbaa hudinuu hin yadinii halum Jiruu Duniyatii Yadafii murad Sif Hagutuu ❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhu hiree kan waaqni sif ka'eetu kan biraadha homa hin dhiphaattin Obboleessa koo
Abbo ofira dhisi namni akka ko midhame jira jedhe in yadu garu alhamdulillaa lubbun jirata jira malifu rabbi sabiri sif ha kennu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wabii koo jabadhu haadho garuu ati ni jallattee badii takka qabdu garuu tan isii caaltu ta isii si irraanfachiftu sif ha kannuu kana booda irraanfadhu ka jalatee beeka gubaa jalalaati 💪💪💪
Namaa jalaate namaa hubaata uuufff. Ani nyaata dhugaati dhisee of jibbee even qaama koo hin dhiqaadhu hangaa of jibbee , madamin bira hojjaadhu waan sammuu dhibamuu hangaa na seetu takkaatti rakkaadhee uuuuff .alahamdulillaah amma gaaru namaayu hin jalaadhu isaa dhisii
Abshirii ndabattii wottii huduu qabiinii si hicabiinii obolesaa kiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuufff wlh gaara nama gubata malumaa isi nudate qoyi hayyuu🥺❤️
Isheen Namaa Ishee jalatuu dhiiftee Namaa Dhimmaa Ishee hin qabne isaa iyyuu Abbaa ijoolle tti dhugumaa herumtii tanan Baraa jireenyaa Ishee Lafaa Irraa qabduu gabbaa jiratii 😢
Ati waan taatu wobi isiitu miidhame wollahi ❤❤❤
Wabii hucuu gubbuu rabbii hin jalatuu garruu rabbii sihaa dhisuu jalali hammadha ni beena. 😢😢 Zibaala gashuu qabda malee gubbuu hin qabdu miskinaa meeqatu jiraa kan mana wan ufaatu hin qabnee Abshiir wa hundaafuu hin yaadiin
Atii rabbiiti ofii keenninan rabbiin kan isii sif caalu qabaa jabaadhu
Rabbii taa ishee olii sif haa kenuu garuu Da'imaanii karaa irraa demtee kadhatu sanif hin kenituu lesh gubdaa keyrii insha'Allah 😳
Ati jabadhu toy badhu
Wabii as wr wb akkam nagumaa keesan nadubis sigorsuu fedhaa wallaahi waan biraafi mitiii
Amshiir obboolleessa koo ayyuun duraa tetii mitii malif yoo jetee siitu jalatee male isiin sii jalanee ishii sii jalatuu isii sii kabajuu rabbiin siif kenaa Amshiir qallii nama ❤❤❤❤❤❤❤
Rabin kani si caltu si naa kenu kaa inshlaa uuuuuuuuuuuuuuuuuuf 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢mikina koo Amshii rabuna jira inshlaa wly
Anumaa nati fakataa wolhai anile nama heduu jaldhuu dhabee wan hundaa akan gubee Odo boyuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 ayiiiiiiiiiiiiii gubaa jalalaa dhugaa
Osoo misikina keenitee harama duniyaa gubuun. Garuu Rabbiin ittalla imaan qabaduu siifi Hakenuu❤❤❤🎉
Abishirii abishirii abishirii abishirii abishirii abishirii abishirii abishirii qalii rabbi nama kabajaa nama bekee siifi haa kenuu ❤❤❤❤❤❤❤
Amashii rabbii tanii isii catuu sifii haa fiduu❤❤❤❤
Tiyaa hin yadinii atuu baredaa kanaa wolhii shamaraa bareduu sii hawaa hin yadinii abshirii abshirii obolesaa koo ❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢
Walhii hin yadee rabii walifi isinii hin fenee lubuu koo qalii italaa salihaa rabii sii hafiduu qalii
Dhugaa ketii hikaa jallaalaa kan jalatee bekaa atii garuu Abdii hin kutatin jabadhuu wan rabii hin bekaan isii olii sii kenuu malaa
Anii wan akanaa naa mudatee turee garuu Abdii hin kutanee jabadhen hojadhee jalalaa sanii of kesaa basee har,aa garuu Alhamdulilah namaa najatuu kan anii jaladhuu naf kenee jirenyaa garii kesaaa jiraa jalalaa bareduu Abdii hin kutin of kesaa basuu yaliii namaa sanin yeroo wal arguu nii gabaa inii suniii 👍👍👍☝👌
Yaa mucaa kan jalaluma akkamatu si qabe abashiir rabbiin nama si jaalatu ka atis jaalatu si Haa fiduu
Rabbiin dubartii saliha siif akennuu
Atii barumsaa Gudaa nufii tatee jabaa kenyaaa❤❤❤❤😢
Dhugaa dubbachuuf osoo ayyuunu si malee jette hirriba dhabdee yoo rabbiin siif hin qoodin tee hin taatu tee lafaa jirti qadara rabbiitti amanii rabbiin ta siif taatu isatu beeka malee si'ii mati kanaafu rabbi kee kadhu yaada keessa bahi
Raabii kaan ishee caalitu sif haa kee ammala qabeeri waayii❤❤❤❤
Amshiir rabbin Kaa siif qoode sii haa kennu
Keerumaafi habibi abshir waan hunda keessatti rabbiin gargaarsifadhu wan keeri siif qabu rabbiin sif dhorkatu garuu onnee qulqullu qabachun kee maashaalla jaalachuu danda'un keetu onne gaaari qabaachu kee ibsa kunoo bar qixuma boossani isheenis jaalate rakkate suphaanalla ❤❤❤❤
😢😢😢ayiiii yaa gubasa jalala dhugaa baye nama midha toko ana alhamdulila
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢uuuuuufi uuuuuufi uuuuuufi uuuuuufi obolesaa koo imimanii qabachuu dadhabee rabbiini obsaa sifii haa kenuu
Abshiir ❤
Abshiir
Rabbiin hiree kee sif haa basuu dubbartii sii jalatuu siif haa kenuu waqayooni obbolessa koo homaa mitii😢😢❤❤❤❤👍👍
Wl wr wb abshir wabii koo rabii qabdaa atis kaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abshirii atisii hin milkoftaa❤❤❤❤❤
Salaati rabbin kadhadhu akka rabbin jaalala isi sikeesa baalleessuti kadhadhu qur anaa baradhu hiika isa waliin baradhu muziqaa jaalala hin dhageefatini qurana fi hadisa dubbisuu fi dhageefachu baayisi
Wllaahi Anis Mudannoo akkaa kee kaana Ni qabaa Nama Jaalataan Dhabuun Dhukkuba Bara Baraatti 😭😭😭😭😭😭😭💔💔
Aksiiii dhugan jirtuu kanaaa.diiraqamaaa❤