Ayyuun yeroo baduuf jettu naaf bilbilte turte

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 2 гру 2024

КОМЕНТАРІ • 686

  • @kakuutube_430
    @kakuutube_430 День тому +60

    Wabii habibi abshir waan kufeef waan cabeefis sumatu himatama maaliif garuu dhiignikee akkas hadhaa'ee maaloo😢😢.Si waliin jirra abshir humaa hin sodaatiin

    • @Wabii-j4r
      @Wabii-j4r  День тому +6

      Naa ulfaadhu kukkuu koo

    • @SenaaTube
      @SenaaTube 23 години тому +3

      Dhugaa garaa naa nyatee wabii koo ayuu maltatee garuu lubbu dhan​ jirtii garuu osoo yeroo ishenii sif bilblitee sanaa Sayidodha bilblite garii ture 😢@@Wabii-j4r

    • @namakulaqurusum9881
      @namakulaqurusum9881 21 годину тому

      Dhugaa keetii uuuffff wan gara lafesaa taheef😢😢😢🙏🙏

    • @TigistiiLammaa
      @TigistiiLammaa 17 годин тому

      Wabii omaa mitii hin sodatin garuu italaa sanii oossoo dhuftee ofitii hin fidini sii galafatii
      Sabikirbs naf godhaa oke

    • @jfj2799
      @jfj2799 16 годин тому

      Rabbii waliin haa tahuu ❤❤❤❤

  • @hanatu
    @hanatu 23 години тому +14

    ya rabii atii Wabii egii rabii si ha eguu qalii namaa yo hordoftoni Wabii hundaa kesanii aka amantaa kesaniti kadhafii maloo 😢rabii si ha eguu 😢❤❤

  • @AishayaWoliyi
    @AishayaWoliyi День тому +19

    Yoo Ayyu hin debinee sumayatuu waa gosisee jedhee yada rabbii isin haa lafisuu wobbii ko❤❤😢

    • @KadijaTuna
      @KadijaTuna 22 години тому

      😢😢😢😢😢😢amshirii

    • @KadijaTuna
      @KadijaTuna 22 години тому

      Kotu anu siti heruma waq😢😢

    • @KadijaTuna
      @KadijaTuna 22 години тому

      Hin yadayinii amshirii sanyi 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @tolashiigooftaa
    @tolashiigooftaa 23 години тому +8

    Ayii haqaa kee waaqayyoo siif haa falmuu uuuffff😢😢😢😢😢 Ayyuun baaye baaye lubbuu nama sababa guddaa tatee hicci maliif siif sagalee gooti duraa gafaa atti bochuu namatu sii lakka'aa sii turee miti amma moo maa sababa siiti barbadii waaqayyoo sii fannaa haa ta'uu

    • @Aktar-k6f
      @Aktar-k6f 19 годин тому

      Durbummaa dura Isa bira kaaittiiree🤣🤣🤣🤣

  • @KamilaMuhidin
    @KamilaMuhidin 27 хвилин тому

    Wobiikoo obboleessako rabbin waan sodaatte kanaja sihaabaasu abshir rabbumtu jiraa heddu garaa nanyaatte rabbumaansiifkadha abshiir

  • @Hiree-z1w
    @Hiree-z1w 22 години тому +2

    Rabbin haqa jiru haa baasu garu dhiifama naaf godha male yuutubin oromoon hojjetu waan gaari irra dhagahee hin beeku warri kaan jaalala qofa dubbatu🎉🎉❤❤

  • @Shadeda-o9m
    @Shadeda-o9m День тому +4

    Amshirii.... W.. Qallii.
    Nama. Rabii. Siha. Egu
    Nashida. Itallaa
    Butii. Tatu. Duranu
    Birii. Isa Ira. Qanaxee
    Shexaa. Kafira. Italla. Itii
    Demee...w.ko.jabadhu😢😢

  • @FeyisalAmin-u9y
    @FeyisalAmin-u9y 19 годин тому +3

    Rabbii haamtuu siraa haa qabuu insha allaah yaa Rabbii biraa jiraadhuu ati egii Mashirii qali😢😢😢😢😢

  • @zaruutubi
    @zaruutubi 20 годин тому +3

    Woyo woyo bayee nama dhiba abshiir rabbii kerii ha godhuu onee nama cabsaa wonti kee garu obsii wobi ati faya kee egadhuu hin dhiiphatiin rabbii siif ha dhabtuu ati gara lafta mali godhan du'ayii sii fana jiraa jabdhuu 😢

  • @ብቸኛሴት
    @ብቸኛሴት 23 години тому +4

    😢😢 habiibi gaara nyaatee wly lnshaallah rabbii jiraa duyii godhaafi oromoo pls😢 abshaiirr

  • @hawwaadiksiis3157
    @hawwaadiksiis3157 День тому +4

    Sumyyaa fi Umarii waaw itti godhuu ollani Saido fi ayyuu Quraan itti qarrasisaa anni sihi shakkuu wabiii😢😢😢

  • @HadhaKooTube
    @HadhaKooTube День тому +4

    Rabbin Si Haa Eguu Adaraa Ofegano Godhi Wabi Kenyaa Ofi Balchani sitti Debisu Dubi Rabbin Ishee Haa Mulisuu Wan jenu hin qabnu😢😢😢

  • @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa
    @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa День тому +4

    Mee qeensaa kee sirraa haa muraan dhugummaa namaa intaalloon sheexaanaa daagallaa keessaa tii

  • @IndiGo-j6x
    @IndiGo-j6x 20 годин тому +3

    Wobii atii misikinaa Rabii haqakee sifi habasuu ❤❤❤❤

  • @OfiiTaaijiradhuu
    @OfiiTaaijiradhuu 22 години тому +2

    Wanii dubatee Rabbii sifii milekesee Gafaa saragii hin milakahuu jettanii 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹✅✅✅✅✅✅💯💯💯💯💯💯

  • @SaraRak-vl1sq
    @SaraRak-vl1sq 8 годин тому +1

    Abshira rabbin sii walin haa jirtu mali kuni subshan allh ana dhibeyu wayen kuni dhugaa rabbii 😢😢😢

  • @EtOp-g2d
    @EtOp-g2d 15 годин тому +1

    baguumaa rabbini siraa qabee tana balaagee rabbini isi Haa qabuu ishaala

  • @LenseArarsa
    @LenseArarsa День тому +2

    Abshiir waqayyoo siwajjiin haa tahuu wabii tenyaa dhiiguma keetu namatti dhagahee natti fakkaate dhugaa😢😢😢😢

  • @MakyaKawet
    @MakyaKawet 4 години тому

    Yaa obbollessa ko atti waanumaa kanaa keessaa bahee Yoon dadhabdee biyyaa jijjiraadhuu😢😢😢

  • @kadijjaanasirnasir5236
    @kadijjaanasirnasir5236 День тому +16

    𝐖𝐤𝐨 𝐝𝐚𝐭𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐢𝐪𝐚𝐛𝐭𝐢𝐧 𝐀𝐛𝐚 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐞 𝐜𝐚𝐥𝐭𝐚 𝐰𝐚𝐡𝐥𝐡𝐢😢😢😢😢😢

  • @rahemahaje9523
    @rahemahaje9523 3 години тому

    Wabii atti jabaadhu waa atti baafte wantii atti sodaatufi itti dhisii jireenya kee jiraadhu

  • @sinibona
    @sinibona 13 годин тому

    Rabbii dhugaa kee haa basuu inshaallaa yoo dubbini dhugaa tatee uuuuuuufffffffff ni ulfataa dhugaa rabbii😢😢

  • @Hawwiishow1234
    @Hawwiishow1234 18 годин тому +2

    Wabii abshiir dhigaa koo ❤️ intaalati Ayuu jedhanin suni gantudha isiitu balesee malee attii badii hin qabdu abshiir

  • @SimranTube-111
    @SimranTube-111 День тому +2

    Haqaa kee rabbiin sihaa baasu obbolleessaa kiyyaa wly ayzok wadine 😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @ShamsiyaKalil-h1l
    @ShamsiyaKalil-h1l 23 години тому

    Abshir wabii rabbii haqaa kee haa basuu shiraa siratii xaxamaa jiraa rabbiin si fanaan haa jiratuu😢😢😢

  • @GazaliiKasoo
    @GazaliiKasoo 20 годин тому +2

    Woyii miskiinaa koo jabaadhuu Rabiin sihaa eguu

  • @MabrokaaAbdurazaq
    @MabrokaaAbdurazaq 14 годин тому

    Keyruumaa rabii hagodhuu inshallah rabiin sihaa eguu atii isanjaall sihaabbasuu

  • @AsmaaSheMuhee
    @AsmaaSheMuhee 5 годин тому

    Ayii garaa nama nyaatta wallaahi rabbi sihaa baasu ati rabbiin kadhadhu

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 23 години тому +1

    Dhugaa dubbaachuf baay'ee nama gaaddisisa saidonis Dhugaa qaba wabii atille Dhugaa qabda rakkoo uumaa kan jiru Ayyuudha jabaadhu atimmoo abdii hin kutaatin Obboleessa koo Dhugaa qabda 😢😢

  • @hayatah7696
    @hayatah7696 23 години тому +2

    Rakoo Kani qabuu ummar fahi dhaa yoo waana Ayuu inii qabisifamitee malee of inii hin banee ummar fi initaalaa duuriye anatuu haggatani tii ummar suummayya dhaf saggalee qaberaa isatuu Rakkoo qabaa

  • @DedreAbdilkadir
    @DedreAbdilkadir 21 годину тому

    Rabbiin sii haa eguu ofii hin daggatiin yaa obbolleessa koo 😭😭😭 yaa rabbii bara akkamii keessa jiraa 😢😢😢😢😢 wallaahii anii ayyuumaa sanii jibbaa arga isii 😢😢

  • @asmam-x4t
    @asmam-x4t 19 годин тому

    Imimaan Sumayyaa ganaa isaan lachuu maraachaa jaalalii dhugaa Atii Qabduuf ganaa ishee gaafataa Ati Abshir qaali koo

  • @LeyilaJeyilan
    @LeyilaJeyilan 20 годин тому

    Wobii Rabbiin dhugaa kee haabasu. Garuu Ayyuun baduu hin qabdu. Shira woyiitu jira. Umar San shakina

  • @Abeelove
    @Abeelove 23 години тому

    Abshir qaliikoo ♥️🙏 Rabbiin siif jira midhaamnikee kankeenyaadha sabrii siif haa keennu jalaalli kun nama xuxxii silaa

  • @sabbontuuoromoo365
    @sabbontuuoromoo365 20 годин тому +2

    Harkaan iddaa sanyoon nama dhanaa jeedha Oromoo Ayyii Wabii Miskinaa koo akkanuman sii mara'e dhugaa baayee Garaa naa nyaate Atii

  • @DedreAbdilkadir
    @DedreAbdilkadir 21 годину тому

    uuuuffffff yaa carraa muccaa kaan wallaahii dhugaa gara naa nyatee 😢😢😢😢😢 rabbiin dhugaa kee ha bassuu inshallah ☝️🤲🤲😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @MacrufaCabdalla
    @MacrufaCabdalla 23 години тому +1

    ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉waly haqa ke e siif haa😢😢😢 basuu ❤❤❤wabi koo

  • @burtuuoromititshawaa
    @burtuuoromititshawaa 16 годин тому

    Dhugaan harkaa rabbii jirtii obbolessaa koo dantaa hin qabatiin biyyaa seerii jiruu jirtaa.intaliti waa itti ergaanti ta.u danda.a akkaa ishiin issaa jibitee baduu hin bekkamuu rabbiin haa bekkuu bichaa.

  • @faxumaaMuhammad-n6g
    @faxumaaMuhammad-n6g 3 години тому

    😮😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉 amshirii.ati.😢😢😢😢😢 dhugaa abbafi cadhi

  • @fazeelafazeela6034
    @fazeelafazeela6034 13 годин тому

    Miskiin kiyya rabbi sitti haa aanu inshaallh ❤❤❤

  • @umuuhamza9847
    @umuuhamza9847 23 години тому +1

    Rabbiin haqa kee haa basu inshallah 😢😢😢

  • @LelooTube-u1m
    @LelooTube-u1m 17 годин тому

    Inshaa Allah hbb hunduu nii
    dabraa rabbiin sihaa gargaaruu
    rabbiin dubumaa issanii kanaa kessaa sihaa basuu

  • @AsiaAsia-b1s
    @AsiaAsia-b1s 18 годин тому +1

    Aboo tana intala egee dhigaa rabiin dhugaa jirtuu haa basuu

  • @sinkeseseba6563
    @sinkeseseba6563 19 годин тому

    Wabii ati tasgabayyii ati homaa gonnee gantuun micaayyoodha ati moo yeroo kanatti seidotti hin murteessin innii ammaa miraa gaarii keessa waan hin jireef hubaadhuf

  • @MuluDeresa
    @MuluDeresa 23 години тому

    Jabadhuu waqaayyoo dhugaakee siif habasuu wan hundumaa iyyuu obsaa dabarsii guyyaan harraa kun hin darbaa qormataa kanaa waqaayyoo sihadandeessisuu

  • @FoziyaTube-x1h
    @FoziyaTube-x1h День тому +1

    Duniyaa fi aakiraa si haa milkessu ❤rabbin isin haa milkerssu❤ maatii naa tahaa❤😢😭

  • @GKena-v8p
    @GKena-v8p 21 годину тому +1

    Ahii wabbiii kooo waaqayyoo duwwanii sif haa falimuu hadhoo kooo😢😢😢😢

  • @WerkneshBeda
    @WerkneshBeda 23 години тому +1

    Maloo wabii dhugaa bayyee garaa koo nanyatee Ayuun jalatee banee sirridhaan balesan malee Wabii garan nu gubate Ayyuu too kichuu too sumayaatu sirii siti bitee lubun kee bichan Haa bahu tatabatuu oromititii tiyaa😭😭😭

  • @HaniiAhmad-fu8ke
    @HaniiAhmad-fu8ke 17 годин тому

    Uuuuufff Garaa naa nyaatee maloo Azaa taatee jirtaa miskinaa ko😢😢😢😢❤❤❤❤

  • @EndaleEmiru-o8j
    @EndaleEmiru-o8j День тому +2

    የኔአባት አላህ እጣብቃህ😢😢😢😢😢

  • @MameeShow-d5l
    @MameeShow-d5l 6 годин тому

    Abshir Hamtuu humaatu gonee rabbin haqa kee Rabbi habasuu Mubee kiyya

  • @mmmmkkkk7645
    @mmmmkkkk7645 День тому +1

    Dhimaa isaanitii ishiin yoo tanaa garaa yeman deemtee uuss jedhii atti akkaa sayidoon deemuu ni beektii waan ta,eef

  • @DerartouDera
    @DerartouDera День тому +1

    Ajandaa kunii amaa cidhaatii ni xumuramaa,jenee dhageffanee amaa moo hamaa homitii Abshir atii hundafuu❤❤❤😢😢😢😮😮😮

  • @HalfiyaJeylan
    @HalfiyaJeylan 18 годин тому

    Mallifi Garu watoko bade jenanin simati maxasuf deman Abashir Rabin si wajin Jira wly ati dhugaa ira hin dabin male inshallah Rabin bodara dhugaa kee ni batii

  • @اااااااااماء
    @اااااااااماء 23 години тому

    Ati immoo yoo uf amantii qabaatte hin sodaatin wollaahi dhugaan kee ni bahaa wanti shakkamtuuf waan intala baalagee tana jaalattuuf shakkamtaa Sunis homaami

  • @AsiaAsia-b1s
    @AsiaAsia-b1s 18 годин тому

    Rabiin si biraa haa jirtuu amshir qalii

  • @Fayoo-bu6qi
    @Fayoo-bu6qi 19 годин тому

    Sii jirraa rabbii wajiin inshaa allaah rabbii sii kadhanaa

  • @TsehaylemmakeeGincii
    @TsehaylemmakeeGincii 22 години тому

    Waaqayyoo si haa tiksuu Abboo intaali safuu hin beektuu garuu wabii waali isin nyaachistee kun rakkodhaa sayido dhiisuu isheetii naan gammaade garuu atii gidduu kanatti rakkachu kee naa gaadisisaa

  • @Gudisee
    @Gudisee 23 години тому

    Of egii wabii koo waqayoon sii haa eguu🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @abdiibaler6277
    @abdiibaler6277 23 години тому

    W❤❤😢😢😢😢Abshirii rabinii isinii biraa haa jiratuu inshaallaah ❤❤Abshirii 🎉🎉😢😢

  • @ShfiyaaJamal
    @ShfiyaaJamal 20 годин тому +1

    Abiishri Abiishri Abiishri atiiii naamaa naagaadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ZeyladinNuure
    @ZeyladinNuure 16 годин тому +1

    As wrbwb Akin jee brother ati gize qama seraa harkan Kanadhuu wly Ani.kanum.sif.dhama wan hundaa hubuchis hadaraa rabbbii Ani sif him

  • @abdiibaler6277
    @abdiibaler6277 23 години тому

    Dhugadhaa jechii kee Abshirii rabinii dhugaa kee rabinii haa basuu inshaallaah Abshirii w❤❤😢😢😢

    • @AeshaHagi
      @AeshaHagi 19 годин тому

      Mati naa taii ples brother

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 23 години тому +2

    Wabii homaa mitti rabbii jiraa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @TugGjh-pq1or
    @TugGjh-pq1or 22 години тому

    Rabbin dhugaa kee Haa basu dhugaan hin qalati mee hin cittu ❤❤❤😢😢😢😢 abshirii wabii 😢😢😢😢

  • @DhbjbHicgchc778
    @DhbjbHicgchc778 19 годин тому

    Ayii jabadhuu jabaa nama Rabbii SI fanaa Yaa jiratuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Usamatube40
    @Usamatube40 13 годин тому

    Abshir bro qaalii jabaadhu haqa kee rabbiin ni baasa

  • @Bnrbnt6354
    @Bnrbnt6354 15 годин тому

    Soba Ayyuun hin banne Piraankii si godhaa jiru wabii

  • @Nabiyaat-q1k
    @Nabiyaat-q1k 23 години тому

    Abshir wantii Rabiin jedhee hin oluu wama hin sodaattin abshir😢😢😢🎉🎉

  • @MSTneima
    @MSTneima 22 години тому

    Abshir rabbin gaara kee haa goru inshallaah

  • @DestaLolo-i4v
    @DestaLolo-i4v 8 годин тому

    Abshir rabi sif jira❤😢

  • @tofikhamid3401
    @tofikhamid3401 22 години тому

    wabi situu diramaa dilaa kanaa godhaa jiraa micyoo wajii tahee atti namaa badaa, atti fulduraa jiruu keetii hin milkoftuu master mind gudaan sihii atti namaa summi dhaa

    • @Xhjcgj
      @Xhjcgj 22 години тому

      Usi jazbaa mal godhee ini gowaa

  • @ashakebede-d5u
    @ashakebede-d5u День тому +2

    Goftaa dhugaa Kee hin baleessinni Haadhoo koo 😢😢😢😢

  • @Juhiikalil
    @Juhiikalil 20 годин тому

    Abshir rabbin saa eguu atis of eguu atiis of eggi amma dadesetii nama kamiyuu hin amanii haqa kee rabin ke sif ha basuu wabiiyeee

    • @AeshaHagi
      @AeshaHagi 19 годин тому

      Mati naa taii ples brother ❤

  • @TotoToto-zp8bz
    @TotoToto-zp8bz 18 годин тому

    Dhugaa kee Rabii haa basuu❤️❤️❤️❤️

  • @Shirkaajjb
    @Shirkaajjb 20 годин тому

    Shiraa isiin dalagdan rabbiin sirraa kafaluujira sifii,umar

  • @qamariyanasir9492
    @qamariyanasir9492 23 години тому

    Ws wr wb yaa obbolesa kiya qali 😢abshir woly rabbin si Haa egu ❤❤❤❤maa dhokata mal atis Miraga jirachu qabda bar ayun yoo bade yoo ati qulqulu tate hin cinqamin ati❤😢

  • @thekasit4581
    @thekasit4581 День тому +1

    Wabiin bayyee nama garidhaa dhugaa namni gaari qormataa hin dhabuu abshir jabaa nama

  • @عبدالفتاحمحمودمصطفي-د1ع

    Wabi dhugaa atti dhira garidha ❤❤❤❤

  • @AhmedAlameri-fw3uc
    @AhmedAlameri-fw3uc 23 години тому +1

    Wabbii rabbin sibirahajiratuu😢😢😢❤❤❤

  • @Werke-cw2ov
    @Werke-cw2ov 19 годин тому

    Dhugaa ani Ayyu badee osoo hin tane situ naa mararee😢😢😢

  • @kahlidsaid
    @kahlidsaid 18 годин тому

    Dhugaa keeti namichi maqaa kiyyaa fidee akka shamarran oduu funanu umar kun of eegi wabii habibii guyyaa tun nih dabartti

  • @mujaahidumar
    @mujaahidumar 21 годину тому

    Wa,aleeykum salaam warahmatullaahi wabarakaatuhuu
    Abshir mube waan rabbiin sirratti hin murteessin waa tokkollee namni si godhuu dandahu tokkolleen hin jiruu rabbiin sihaa tiiysuu

  • @derartuusmail5708
    @derartuusmail5708 17 годин тому +2

    Diramaa bareedatti jirtu jabaadha

  • @radiyaaaman-z5d
    @radiyaaaman-z5d День тому +1

    Wobii rabbi wantumma kana keessa yyu sii haa baasu

  • @HikmaaWoliyii
    @HikmaaWoliyii 13 годин тому

    Wlh wobi sumayaa waa gogodhe hayyuu uuuuuuufff 😭😭😭😭😭😭😭😭hayyun wohin tuqan male akanan hin banne wlh😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @Hesdayass
    @Hesdayass 18 годин тому +2

    Raabii 😢 😢 Abshir jiraa 🙏 😢

  • @SumayaaSumayaa-sq6us
    @SumayaaSumayaa-sq6us 16 годин тому

    Amaa dubiin ni ulfataa atti seraati ufi keni Saidon dhugaa qaba. Yo si argeesi si midhuu malaa. Waani fedhee jedhuu danda,aa .Arsaa heduu kafalee isifi jechaa.
    umar Namaa dhabee silaa isaa ka dhukee irra kasaani wly😢

  • @HalimaQtr-c1j
    @HalimaQtr-c1j 18 годин тому

    Amshiir rabbii sif haa lafsu wly i❤❤❤❤

  • @KwtKwtt-qc3mx
    @KwtKwtt-qc3mx 21 годину тому

    Eee Miskinaa dhisaa dhugaa wabii Waan inii Qalbii Lafufii hin dorsisinaa Hadaraa

  • @DhakiMalicha
    @DhakiMalicha 18 годин тому

    Benati Akmale garaa naa nyata, waan fedhani haa tani Danta warati dhisi ofira,nama dhibin wal-dhabina waine Abdi inkutini

  • @tumritumri6972
    @tumritumri6972 19 годин тому

    Waqaaaayoo si haeguuu hadhoko dhugaa kee hebahaa yoro egaa malee ☝️☝️🥺🥺🥺

  • @MawradiiTaHamzaa
    @MawradiiTaHamzaa 21 годину тому

    Rabiin dhuga kee ha basu 😢 inshallah 🖤😭😭 wabii ko 🤲☝️😢😢😢wly mucan kunii gara na nyata wly 🥹 💔🖤💔🖤❤️‍🩹💯😭😭 misikina ko 🤲☝️ Dhuga ketii wly 🥹 wabii ko

  • @AaAa-d5v9s
    @AaAa-d5v9s 15 годин тому

    Abshirii ishallaa ❤❤

  • @Feenaaxahirii
    @Feenaaxahirii День тому +1

    Italaa martuu jechaa waltii tiqinaa rabii jedhii 😢dhalaa jechaa shexana walyii 😢

  • @SayidaJimma
    @SayidaJimma 22 години тому +1

    Ani dhuga dubachuf ayyuu badef oso hin ta,ane sitti gara na nyate abshiruma Rabbiin dhugaa ifa habasuu😢😢

    • @AeshaHagi
      @AeshaHagi 19 годин тому

      Mati naa taii ples brother ❤

  • @edileetsagayeeemiruu3356
    @edileetsagayeeemiruu3356 17 годин тому

    Abshiir Homaahintatuu Rabbii siif jira

  • @WendyLovely-uu8jq
    @WendyLovely-uu8jq 22 години тому

    Walii hubadhamee garuu mucayonii sunii maqa kenyaa nyattee jara nut kofalchisttee dirmma hojechunii mafii barabchisee namaratii 😢😢

  • @RahimaaTaaYasin
    @RahimaaTaaYasin 22 години тому

    Rabbii akkaf bakka atii jirtuutii rabbii sii haa eguu

  • @AiiSarat5571
    @AiiSarat5571 14 годин тому

    Rabi siy basuu wabi ko😢😢😢😢😢😢