Qabeenyaa hin qabu ilmoo hin qabuu dhugaa ketii obsee koo osumaa biyya nama keesaa nananoofnuu wanta meqaa nama darba jiraa hundafuu waqayyoo siif haa kenuu💔😚
40k views within 4 days is wonderful, but I'll recommend you do your videos in Swahili and English also to increase fan base and faster growth of this channel
Oso ala demne dhala jettan umri ufira hin fixina daaima dhala risqi rabbitu fida namni mana takka keesatu hin dhala alhamdu lilahi jedha umriin nama ta,ee nama hin eegu keesatu dubartin ijoluman dhalutu garidha daimni jaalala keesan jabeesiti rabbin isinii haa kenu
Wowo baga nagan dhufte jecha like godha Namin akka koo ibsu obse jalatan 💯♥️ jalali keessan susii buna nati caale ♥️♥️♥️♥️🤣🤣🤣🤣🤣 ibsu arga kee warii dhira kun malifi ilimo godha Chu jibu😃😃😃😃😃😃🙄🙄🙄🙄
Mee Koottuu maatii naaf ta'i Na'iimah
Haawii kee waqayyoo sifi haa tasisuu
Maatii Mali yoo naaf tatanii anis itaalaa oromooti ani oromo biraa hin deerbuu yaa oromoo ko kotaa maatii naaf tahaa pleas
@@bontuuyubtube1838
aamiin
isinillee haga dandeettaniun nu bira dhaabbadhaa
@@bontuuyubtube1838
siif ta'ee jira
atis maatii naaf ta'i
I’m from Somalia 🇸🇴I like you videos guys I wish I understand you Language👍
Mee Koottuu maatii naaf ta'i halima
Ddka anana ana fhmi kawarn😂ilmo rabaa miyayya ledahay
Intamxa ku kenay😂
@@hawacabdi6649 mati nafi ta'i maalloo Sanyi 💗
@@abdimalikmohamed1210 mati nafi ta'i maalloo Sanyi
Obse tiyaa nabsee baga rabin gara amntaa muslimaa si debisee somana kans akaa sif lafuu duahi sif godhaa obsiyee too rabin obsaa sif haa kenuu 😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤🤲🤲
Malli jetaa sii mali amati isii mali inii yoduraa
Muslimaa mitii garuuu Dhifama naf deebisii obseee Atii Duran Muslimaa mitii ????????????
@@susujamal4542 obseeni duraa isilammaa mitii amma amantee malee
Kkkkkkk aji'ibaa mal jetee siilaa😁😁😁😁
@@foziiykamal8910 tunisii hin jirti dhagayi ka anu araa dhagaya dhuga baye na garame marafuu bagaa rabii nagayaa gara amatii ofii jalatuu fidee
The love obse have for Ibsu is on another level 😍😍may Almighty Allah protect you guy's 🙏🙏
Kkkkkkkkk
😏💐💐💐💘💘💋💋💋💋❣❣💞💞💞💓💓💟❣💥💯💯💗💓💞💕💋💋💋💘💝💖💋💋💋💯💯💐💐💐💐💐💐💐💐💘💋💋💋💙💛💟💞💓💗💋💞❣💔💛💜💙💟💘💘💘💘💘💘💞💓💗💯💥💘💘💋💋💋💘💐💐💐💐💐💐
Waligalten keysan dansadha garu ilmon isinirra bareddi dhuga
Mee Koottuu maatii naaf ta'i mohammad
@@baletube1809 malitatee Rabi. Isinihakanuu.
I from somali Hargaysa I love prank to riacion old kip going bro
maatii naaf ta'i
Ana Hargeisa idinka soo eegaya
ماشاءالله تبارك الله Baayyeen Isin Jaaladha Wajjiin isin Haatursiisu Bro kiyya Qaalii
Rabbii Siif Haa Kennuu Inshaa Allah Sanyii Tiyyaa
Senaa koo matii nafii tii mee
Mee Koottaa maatii naaf ta'aa
seenaa lamaanuu
@@senaalamii6275
Maatii siif ta'ee jira
atis maatii naaf ta'i seenaa
@@senaalamii6275 mati nafi ta'i maalloo Sanyi 💗
@@monetijalala6104 atisii nafii tii kaa
I like this🥰 Masha Allah
i,m from somalia🇸🇴🥰
Mee Koottuu maatii naaf ta'i Quruxsan
@@baletube1809 I don,t know, your language
@@baletube1809 yes i understand now
@@quruxsanhassan2145 thanks 👍 four every thing
I am from Ireland
Dhummaratti koflan nu fixee obsee dhugaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Mashaa'Allah rabii somanaa gaarii sif haa godhuu rabii sif haa lafisuu obsiyee yen wed❤❤💜
Maashaa allaah rabbiin jaalala teeysan bareedduu tana wajjiin umrii isin haa kaahu
Kkkkkkkkkk obse muca gidumani dhugataa moo bayyee namati toltuu boo baredu wani tenya i love you so much ibsuu and obsee ❤❤❤❤❤❤
Mee Koottuu maatii naaf ta'i meemi
Mashaalla alhaaaa mashaalla alhaaaa mashaalla 👍👍👍👍👍👍
@@zaithoonazaithoon9068 mati nafi ta'i maalloo Sanyi 💗
@faarfanaa yuo tube kotuu mati naf tahiti
@@zaithoonazaithoon9068 kotuu mati naf tahiti
Ibsuu fi obsee susii natii tatuu isin 😍😍😍 akkatii isin jallaadhuu .uuuuuuphaaaaaa
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Obsee Tiyyaa Qallii Nama Rabbiin Nagayan itiin Sii Haa gayyuu Ramadan Ramadan insha Allah Sirallee Haqebballuu Wannii Atii Fettee Kullii sii haa Milikesuu insha Allah Lubbuu Tiyyaa Qallii Nama
maatii naaf ta'i
@@baletube1809 ok
Obse dhugaa kiyya miciyo si fakatuu naff dhalii kha nin gudifadha 😍😍😍😍
Kkkkk matii nafii tii mee
Maruf Ticha maatii naaf ta'i sanyii kiyya
Mee Koottaa maatii naaf ta'aa
Ibsu & Obse nuuf jiradha.❤💚❤
Nura Official maatii naaf ta'i sanyii kiyya
Mee Koottaa maatii naaf ta'aa
Nura & Iman
Welcome ibsu &obse bay,ee namaatii tolltuu jabadhaa ijjolle oromoo qaqallii bay,ee issin jalladhaa rabbifii jechaa 💞😍💞😍💞😍💞😍😍😍😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💯✅💯✅💯✅👍
Mee Koottuu maatii naaf ta'i biyya koo
Qabeenyaa hin qabu ilmoo hin qabuu dhugaa ketii obsee koo osumaa biyya nama keesaa nananoofnuu wanta meqaa nama darba jiraa hundafuu waqayyoo siif haa kenuu💔😚
mashallah rabiin siif ha kennu ibsu fi obsee❤❤❤❤❤
Prkan hardhaa kan ajai'bati heedu nati tole nuuf jiradha heedu nati toltan obse fi ibsu♥️💚♥️
Mee Koottuu maatii naaf ta'i
Sif tahe jira matii
@@oromofirst6528 mati nafi ta'i maalloo Sanyi 💗
Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha rabiin sif ha gudisuu mubarak abba miskiina
Obse attii jal qaba kirristana turtee?
Mashallah baga rabbii garaa Amantii dhuga sii fidee obbolletti tiyyaa heddun sirraa gamadee soomaa kanas rabbii laafisuu inshaalh haabibitti tiyyaa maashaalh jabadhuu ilmos rabbii isinii haa keenu ilmo diin❤❤❤❤💔💔💔💔
mee Koottuu maatii naaf ta'i Mardi
eyee duran kiristanaa turtee ammaa garuu mashalaa😘
Amantiin sobas jiramoo shaarmuxoota saree bicha😡😡😡😡😡😡😡😡😛😛😛
Amenti namati hin bunni gadhe kabela hicci maltu si gashe kanke bekki sharimxota wayi😡😡😡
Mashaa allah obse tiyya rabbi ramadanan nu ha gahu atis rabbin si ha gargaaru isin jaaladha ibsu fi obse... jabaadha
Wow ibsufi obse bayee isiin jaladha isiin hordofa garuu coment hin baresu,, garuu qaldi dhisa ilmoo godha inshalla rabbii isiinf haa kenuu. Kan gudisuu rabuma OK qaliwan Kenya ❤️❤️❤️👍👍👍👏👏👏👌🙏
Ammaantana rafnee ilmoo dhallaa funny obsee😂😂
Mashallaa jabadha heduu namatii totanii kk👍👍❤❤❤❤❤
Ibsuu fi obsee bayye isin jaladha garuu dhugaa firi takka godhachu qabdu Waaqayyoo yaada keessan ittin isin haa gutuu ❤❤
Obsee walhii hardhas bayee ibsuu kolfee kotuu kaa sin jedhe senti amoo rabbin issin haa keenu inshallah 🤱🤱
maatii naaf ta'i
Obse masha Allah eda dura muslimma miti baga rabbi kara ofi jalate irati si debise somale rabbi sif haa lafisu inshaa Allah abshir wanan niyadha hin ulfatu
Baga naaga dhuftani welcome obsee and ibsuu
Mee Koottaa maatii naaf ta'aa
@kibe Tube
Maatii siif ta'ee jiraa
atis maatii naaf ta'i
40k views within 4 days is wonderful, but I'll recommend you do your videos in Swahili and English also to increase fan base and faster growth of this channel
Wel came ibsuu & obsee 😍 waqaayyoon isinif yaa keenu 🤲👨👩👧👨👩👧👦 osumamaa jenuu waqaayyoon kan abbaan yaade xumuraa daafa waan gootan godhaa 😍🤣
Mali godhuu😂😂😂
@@fozfozii2642 ilmoo fiduu kaa kan biraa maalidhaa 😁😂
Mee Koottaa maatii naaf ta'aa
I am not understand both talks,but I watched every video by streaming
Next video try to speak Somali as challenge .
maatii naaf ta'i
Ijoolee koo dhugaa amumaa ilmoo godhadhaa qabenyii hin dhufaa hin demma qabeenyii qabenyaa caluu ilmoodhaa kodewani koo waqayoo isnifi yaa keenuu 😍😍😍😍😍😘😘😍😍😘😘😘😍😍☝️☝️☝️☝️☝️
Tigstii afaan oromoo dubataa profayili kee alabaa miniliki maalif moo diqala oromiyaa guudaattee
@@ririalriri3816 Eyeni ani oromo dhaa biyyi koo Ethiopian wani ta'eefi Alabaa Ethiopian irra godhee kodee too
Ibsuu obsee bayee das nama jetuu ijoollee bayee sini jaladhaa obse ibsuu jabadhaa
Mati nafi ta'i maalloo Sanyi 💗
As wr wb bagaa nagaan dhuftan ❤Ibsu 😘obsee Masha Allah Rabbii jeechaa siin jaallaadhaa sanyii wani koo jabadhaa Rabbiin yadafi Muradaa kesaan Isinif hagutuu❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘😘😘😘😘💝💝💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin lakku lakku sif hakkenuu
Obse
Mucaa dhissi ha ilmo godhatu
ilmmon riqi ofi nyati yoo dhuftee
wolhi Anii duraa obosee musilimaa turutee se'eaa 😓😓😭😢oboletii koo yaa mashaallaa bagaa rabin karaa ufii irraati sii debisee😭 obolesaa koo kabajamaa ibisuu bagaa rabin ilimaa bekaa si godhee umuri wolin dheradhaa inshaallaa💧☝☝💑
Obsen muslimaa miti lakkan
@@darartutube3921 kotuu mati naf tahiti
Mashaallah mashaallah ❤❤❤❤❤
Best family ♥️🔥♥️⚘🔥
Ijole godhadhaa duraaa qabeyii in dhufaa obse too bayee tokoo sin jaldhaaa Amumaa godhadhaa ❤❤❤❤❤❤❤
Obsee prank kee heeduu nati tolee
rabbii isinif haa keenuu qaalii waan keenyaa🙏💖💖💖💖💞💞💞💞
Lubbuu mati naa ta.ii
@@obseentube3821 Hayee
@@boontuuitalaashawaa6629 mati nafi ta'i maalloo Sanyi 💗💕
@@monetijalala6104 Tolee atis naf ta'ii
@@boontuuitalaashawaa6629 ok
Hhhhhhhhh good job obse heduu daleyidef walahi rabbin esinif hakanu
🎀𓂀𝐈𝐁𝐒𝐔💍𝐎𝐁𝐒𝐄𓂀🎀
𝚂𝚒𝚗 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚕𝚊𝚍𝚑𝚊
🕊♡🕊
ᶠʳᵒᵐ ˢᵒᵐᵃˡⁱᵃ
🥀 🇸🇴🥀
Mee Koottuu maatii naaf ta'i lego forzo
@@baletube1809 I didn't understand your message, would you like to change your texts in English?
Hhh
@@baletube1809 kotuu mati naf tahiti
@@faxumaadubee1552 kotuu mati naf tahiti
Mashalla mashalla mashalla ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wel come ibsu and obsee 😍😍😘
maatii naaf ta'i
Mashalah Allha mashalah Allha mashalah Allha rabii sif ha kenu obseye tiyaa qali naf jiradhu sin jaladha
Waaleykumsalam woramatulah wobarakatuhu
Maashaa Allah ♥️
Mati naa ta.i
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa bareduwwaan ijollee oromoo bayyee baayyen issin jaladhaa daa'ima dhala rabbiin risiqi wali ummaa
Wallah ibsuu heduu naa kofalchiftee kotuu naa jalaa jetee kkkkkkkkk kkkkkkkk
Kkkk
maatii naaf ta'aa
Mashaaallaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Kkkkk amaa fedha ilmoo hedduu namatti toltuu Rabbii waliin isiin haa bulchu
maatii naaf ta'i
Assala mu'aaleeykum oleeyyan kiyya an kan gaaffii natti ta'e isinii kun jarsaa fi jaartiidhaa garuu ?? dhifamaa wajjiin
Kkkkkkk obsee nama dhibdaa ammumani fedhaa jetee waqaayyoo sinnif hakeenuu
maatii naaf ta'i
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 0:41
Maashaa Allaah Rabbi isinii haa laaffisu
Mee Koottuu maatii naaf ta'i waliif
Kkkkkkkkkkkkkkk dhugaa naa kofitee obasee
tube Marsha.allah oobsiyyee ramadaana gaabbiidhaan eeguurra nisha.allah
@@maliyaayaarabbiikaa9389 mati nafi ta'i maalloo Sanyi
@@hcfhfvrhf9390 mati nafi ta'i maalloo Sanyi 💗
Mashaa Allh Tabarakalla Rabiin Yaadaaf Muradaa Keessaan Isiinif Haa Gutuu Ilmollee Isiinif Haa Kenuu
Ibsu and obse keep going sis and pro 😍from somaliland 👊
Hargeisa
sii gonna obse ibsu sif gonna baredu kenyaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Rabbii isini haa keenuu❤️❤️❤️❤️❤️💋💋💋💋💋💋
maatii naaf ta'i
Maaliifi akkanatti limo jiruun waanfeeteetaatus
Ati dhalaadhaa umriinkee nideema innidhiiraa.ok
As wr wb obsee gafii qaba gafii kiyaa ati duranuu muslimsa moo kiristan garuu dhifama.wajin😍😍
Waaleykumasalam waramatulah wabarakatuh mashaa allah 🥰🥰
Masha allha mama tiyaa Amishirii rabbiin sifi haa Lafisu waan jabatee kullii 🥰🥰🥰🥰🥰
Rabbiin isni haa kenuu Mashaa Allaah ibsu and obsee ☝️❤❤❤❤❤❤
Matii naa ta.ii
Masha Allah heddu midhaga rabbi ramadaana naga nuf hagodhu sifis ha laffisu obsisha & ibsish dammo daima yoo argatta namafi rabbi birattille waan guddadha stay home and stay healthy
Mashalha mashalhaa
Mee Koottuu maatii naaf ta'i kadiijaa
Mashalla mashalla tabarakala rabii siha kanu jabadhuu
Obbse Rabbiin siif haa kenuu
Lubbuu mati naa ta.ii
Ilomon guyya dhalatu risqii si waliin rabbiin uma kanaf qabenya hin qabnu jetani dhala of hin dhorkiina
Obsiye rabbiin sif haa kenuu❤❤👍
Woowowowowowowoowo mashaa Allhaa rabbnii siraa haa jalatuu jabadhuu bagaa rabbni amataa dugatii sii debisee walifii isnii haa dhisuu yadafii muradaa keesanii isnii haa gutuu bayee isnii jaladhaa sabbaa koo
Can you speak one voice somali If you’ know somsli Language 🇸🇴
Mashaa Allah ❤❤
Wowww bayeeee natatani jiratu baye nati toltan dhuga 💕💕
Maaloo obse..dhugaa keetii.jetee rabbii siin kenuu🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🤲👈
Prank kee danuu bareeda obse baga nagaan nuuf dhufttanii
Mee Koottuu maatii naaf ta'i Sabboontuu
@kibe Tube ok habibte
Maatii hunduma keessaniifkaa J naaf argitukaa ok😁😁😁👌😜😜😜😜
@@sabboonttuuwallaggaasabboo9419 kotuu mati naf tahiti
Màààshààà Allàààh Màààshààà Allàààh jabadhaa Rabbiin siif haa kenu inshaallaah ♥️♥️♥️❤❤♥️💕💕🌹🌹🥰🥰🥰
Mati naa ta.ii galatomii
❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allah
Mati naa ta.i
@@obseentube3821 kotuu mati naf tahiti
Kkkk maashaa allah rabbin wan yaaddan hunda isinif haa kennu
Matii naa ta.ii galatomii
ilimonii jalalaa dabalitii malee hin hiridhifituu rabbini isinii haa kenuu
Besti family ❤❤
Nunii demii Gara hiribaa kkkkkkkkkk ibsuu kottu jedhee
Lubbuu koo mati naa ta.i
Obsee bareeduu koo pirnkiin kessaan hunduu baye'ee baye'ee nama boharsaa rabbiin dhugaa siniif yaa tasiisuu😍😍😍😍😍💕💕💕💕💕
Welcome qaliwn
Onnee mati naa ta.ii
Mee Koottaa maatii naaf ta'aa aaliyaa & obse
Mashaa allah mashaa allah mashaa allah
Yeroo issn fettanitti Rabbiin Issnif haa Kanuu
Lubbuu koo mati he.i
Wl we wr wb nagah jiraa bagha dhuufatan obse ibsu maashaallaah baayee namatii tolitan raabbiin isaan haa keenu inshaaalh isan jaallaadhaa isan Laachuu nuf jiraadhaa
Yeroo baay'ee video kessan lala male online irratti isin hin argadhu rabbiin umrii keessan isinif haa dheressu
Mee Koottuu maatii naaf ta'i zemzem
Fayyaa tahii obsee tiyya Rabbii sii haa kenuu inshaallh
Wl wr wb ani ha dhufu ibsu obse
maatii naaf ta'i
As wr wb bagaa nagahaan nuf dhuftan ibsu obse heduun isiin jaladha yadaaf muradaa keesan isinif haa gutuu
Hojji kee nyadhuu obsee🤣🤣🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♂️🙆♂️🙆♂️🙆♂️🙆♂️🙆♀️🙆♀️🙆♀️
baayyee bareeddu dhugaa obseekoo vedio keessaan hundan ilaala natti tola isinis MTS Family kan jedhu subscribe godhaa haaraa jalqabnee jirra
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waraqaa biyyaa allaa oso egiddan yeroo keessan hin balleessin jirenyii ni argama garuu ilmo of arguun bareedda yanni keessan bareedda jirenyaa baqaa keessati ilmo guddisu rakko dha nafi gallaa
Mee mati naa ta.ii
ibsuu Atii Yoo Alla ollii Settuu Maliifi AS WR WB hin Jenee Hadha Mannaa Ketiin????????
Wa,aleykumsalaam warahamatulaahii wabarakatuhuu
Dhugaa issitii ummarini nama tete naama hin eyyadiu 😥😥
Oso ala demne dhala jettan umri ufira hin fixina daaima dhala risqi rabbitu fida namni mana takka keesatu hin dhala alhamdu lilahi jedha umriin nama ta,ee nama hin eegu keesatu dubartin ijoluman dhalutu garidha daimni jaalala keesan jabeesiti rabbin isinii haa kenu
maatii naaf ta'i