Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Ulfaadhu Docter, Fayyaa hin dhabin, waanuma dhugaa ta'e barsiisaa jirta, An mataadhuma dhukkubbiitu na Ajjeesuuf, Isayyu natti waljijjiira malee gosa tokkittii miti😭😭
Thanks soo much Dr Nafyad
thank you Dr.
Thank you dr🙏
Welcome dr thanks
Dr Galtomiii baye nufi jiradhuuu
Namnii hagaa koo matani dhukubuu wani jiruu nati hin fakatuu😭😭😭furmatuma dhabe
Yeroo biyyaa jiruu badaa naan dhukubuu turee ergaan biyyaa Arabaa jirachuu qabee dhukubiin mataa bay'ee natii ulfatee jiraa gadii naa guraa hojii ree naa jibbisiisaa xiqqoo yoon haree yoon yadee yoo wacaa namaa bay'etee biraa jiraadhee dhukkubaa matatatiin qabaa
Dr thank you😍
Wel come Dr
Mashalaa tabar.kallaa galatomii Dr
Anii umari koo waggaa 13 irraa ka'ee hama har'a wagga 23.gahuuttii matta koo na dhiise bekku torbee torbeen na dhukkubaa bifaa jijjarachaa bifootta natii waal jijjiraa na dhukkubaa gammachuu na dangeesse. Yeroo na dhukkubee jireenyaa nati hadheessa ijoollee taheen itti of baree waani biroo takka na dhukkubee bekku furmata isa baree hama arra matta koo maalif ijoollumaa koo irra maalif akka na dhukkubuu. 😭😭😭Amma moo saddarkaa badda irra gaheen jiraa keessa sii dubbisuu yalee sii argatuu dandeenyeObboleeyyan koo kan asii jala jiratan rabbii naaf kadhaa galatooma
Rabii.sii.haa.fayiisuu🤲🤲
Rabbi siraa haa fudhu insha Allah gamachu gutuu Rabbi sifi haa kenuu
Rabbi sih fayyisu Abishiri oboleti
Rabbii sii fayyisuu 😢😢
As wr wb akamii Dr Nafiya dhukubii mataa Kun yeroo hundaa yeroo yerodhaan nadhukubaa Dawn isaa mallii furmanii jiraa Drtorii
Guddaa galatoomi fayyaa qabaadhu
Dhugaakeetii
Tension hedck akkamitin fayya dr
Thanks Dr ❤🙏❤.
Dhugadhaa nuf jiradhaa
Welcome Dr 🙋♀️🙋♀️
❤❤❤❤❤❤
Baay,eee galatoomaa
Galatomaa bayyee bayyee isaa malo, uuuuuuu bayyee naa rakkisaa turee yeroo namii waccuu yoo dhaqee ta. Ee naa dhukkuubaa wacca namatii
Ulfaadhu💞💞💞💞✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅♥️♥️♥️💚💚💚💕💕♥️♥️♥️💜💜❤❤❤❤❤❤💚
Galatomaa Dr kenyaaa
😍👍
Guddaa Galatomaa Dr/ Annii yeroo wan mi'aa qabuu ykn sukaraa bay'inaan of keessaa qabuu yeroon nyaadhee bay'ee qoonqoo koo naa hukamsee naa hukaa naa canaqaa hangaa imimmaan busutii furmaanni isaaa malii mee Dr please naaf video ittii Annaa keessati naaf debisaa bay'ee rakkachaa jiraa
Dr Guddaa Galatoomaa.
Galatomaa dr
Galatomi Dr nu jiraadhuu
Ana's bayye nadhukuba galaatoma
Dr kenyaa nu jiradhu galatami
Galatoma Dr 🙏♥️
Guyya guyyan mattaa ko na dhukkuba garuu furmatta dhabe
Galatomaa Dr 👍👍
Bayee galtomaa Dr kenyaa nufii jiradhaa dabalatanii imoo dhukubaa asamii akamii ofiraa balesuu dandenyaa Dr video nufii hojadhaa pls ..
Annii sadarkkaa sadafaa sanii mee,furrmaniiii maliiii
Dr please mee rifeensa ciccituuf dawaan maali? Kana yoo jedhu.....dibata/zeeytii hunda fayyadamee faaydaa takka hin arganne rifeensi kiyya akka malee hiddaan buqqa'a waggaa 2 ol narra gaheera kuun dhiiga hir'ate naan jedhu Kuun tarii jijjiirrama hormonii ta'uu mala kan jedhanis hedduudha. Mallattoo isaa mataan koo hiddaan akka malee buqqa'a hamma waan haadadhee fakkaatu fa'atti jechuudha2. Hedduu aarii natti baay'isa obsa hin qabu (kuni amala guyyaa keessa narratti muldhachaa dhufeedha)3 na dadhabsiisa please please dafi mee Dr kiyya gorsa fedhaa
*Galatomi Dr keenyaa*
Gaalatomaa.Maloo kaanii birraa imoo . Wogaa 2 gutuu guraa join dadhabee. Maloo faalaa isaa naattii himma .maqaa Rabiittin.naa gaarigaraa
Dr Galata gudda argadhu fayyaa hin dhabin
Wwww💞💞💞💞
Waqayyoo sihaa ebisu dokr
Anani isaa saddaffa kana yeroo hunda ittin rakkadha mal naf wayyaa Dr.
Galatoom doctor bowwuun mataa yeroo baayyee na rakkisa!
Anaa isumatu naa ajjessa jiraa uuuffffffff 😭
Gaalatommii🌹🌹💝💝💝👍👍👍👍👍
Galatoomii heeduu
Naa haqisisaa
❤❤❤❤❤💟💟💟
dr Gafii qaba Ain Mataan baa yee naa dhubaa malifi
anii sabaaba dhukubaa mataa du,uuf guyaa kesaa Jira 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaa alla rabiin sii haa fayisuu wly anale heduu naa dhukubaa guyaa guyani😭😭😭😭
@@ffaf126 Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiin 😭😭😭😭😭 silee rabii haa faayisuu inshallah sister
Ani yeroo hedduu mataa dhukkubbituu naan rakkiissaa 😢😢😢
Wlh ann ilee 😢😢😢abshir
😭😭😭Anale rabiin faya nufi haa kenuu hundaa kenyaa abshira
❤️❤️❤️
Gudaa.galatomii.dr.nafyadii..mataanii.bayee.nurakisaraa.
Uuuff dokter maaloo anoo mataan yeroo yeroon nadhukkubaa ofuma nawallaalchisa. Dura ijjakootu lafa nanargu xiqqoo turee mataa nawaraana nahan cufessa han cufnikoomo wal harkssa akka nama damma nyaatee ergga nacinqee booda nabalaqabsiisa 😭
Dr fknf yeroo mataa miiccataniifi dhahatanhoo maaf nama dhukkubaa? Guyyoota 5 kan namarra turu yoota'ehoo?
Dr ana yeroo bayyee mataan koo naa dhukuba ijaa kiyyaa keessatii naa warana akkasuma gurri kiyya akka maalee sagalee natii dhagesisaa akka maalee naa wacaa mee furmani isaa maal?? Bayyee Rakkacha jiraa naa gargaraa
Doctor gafiikan nadeebisa yeroo konkolaataa demuu mataankoo bay,eeNadhukuba
Kinin fudhuu super markate dhaqii
Galatomaa
Anna mattan koo wagga tokko naa hin hojatuu ijanis ifa lalu hin dandahuu mali mali
Dr. Nafyad, Thank you🙏🙏🙏
Uuuuufff anaa kunoo makaraa na argisee bayee na dhukbaa mataa koo yeroo. Biyaa koo jiruu na dhukbuu turee garuu qilesaa biyaa ormaa nafii ta.uu didee biyaa kanaa ergaa dhufee akaa badaa na dhukba
Walaahi.aniis.akkuma.ke.ergaan.biyyaa.koti.behe..naqabe.bahrain. jiraa.atiho.esaa.jirta.komenti.jalàti.naahim.galatomi🌹🌹
Galatoomaa
Dr,anaa duraa matani naa dhukubuu garuu Amma duraa hiribaaa naa orgee amaa bayee naa dhukubaa sababini isaa maali
Galaatoma
Ana sadarkaa 3 sanii irraattii naa dhukkubbaa furmaani malii
Animattakiyamogaabitanadhukubbaifalallhu.hinfadhuu
Aniisa3ffasaniinadhukubba
malo qoricha isaa nuf hima kaa adara
Ani yeeroo heeduu kaalach laaman kana lafee keesatii nadhukub laaltuu furmata
Dr/ guddaa galatomaa.!kan biraa immo ani yero baayyee dhibee tonsiliin .qaba.kun yero Mara deddeebi'ee nadhukkuba.yero naqabu arrabako garabitaaf mirgaa bayyee addata.hiddi.mormakoti ni heddu nadhukuba.haga mataa nabowwafachisutti deema.kun yero dheraa narra tureera.Dr /dhibeekanaaf furmaata kan jettan maalidhaa?
Dr / maaloo mee ilkaanif fuurmaata ilkaan hundda tokko ykn Lamma miti
Galatoomi ulfaadhu
Aswrwd
Galtomii
Dr. torban guuutuu na dhukkuba qorichaas hin fudhanne qoricha fudhachuh in jaaladhu warree boodamoo kan na dhukkubu maal godhu maaloo
👍👍👍👍😍😍😘Glaaoomii
Ulfaadhu Docter, Fayyaa hin dhabin, waanuma dhugaa ta'e barsiisaa jirta, An mataadhuma dhukkubbiitu na Ajjeesuuf, Isayyu natti waljijjiira malee gosa tokkittii miti😭😭
Thanks soo much Dr Nafyad
thank you Dr.
Thank you dr🙏
Welcome dr thanks
Dr Galtomiii baye nufi jiradhuuu
Namnii hagaa koo matani dhukubuu wani jiruu nati hin fakatuu😭😭😭furmatuma dhabe
Yeroo biyyaa jiruu badaa naan dhukubuu turee ergaan biyyaa Arabaa jirachuu qabee dhukubiin mataa bay'ee natii ulfatee jiraa gadii naa guraa hojii ree naa jibbisiisaa xiqqoo yoon haree yoon yadee yoo wacaa namaa bay'etee biraa jiraadhee dhukkubaa matatatiin qabaa
Dr thank you😍
Wel come Dr
Mashalaa tabar.kallaa galatomii Dr
Anii umari koo waggaa 13 irraa ka'ee hama har'a wagga 23.gahuuttii matta koo na dhiise bekku torbee torbeen na dhukkubaa bifaa jijjarachaa bifootta natii waal jijjiraa na dhukkubaa gammachuu na dangeesse. Yeroo na dhukkubee jireenyaa nati hadheessa ijoollee taheen itti of baree waani biroo takka na dhukkubee bekku furmata isa baree hama arra matta koo maalif ijoollumaa koo irra maalif akka na dhukkubuu. 😭😭😭
Amma moo saddarkaa badda irra gaheen jiraa keessa sii dubbisuu yalee sii argatuu dandeenye
Obboleeyyan koo kan asii jala jiratan rabbii naaf kadhaa galatooma
Rabii.sii.haa.fayiisuu🤲🤲
Rabbi siraa haa fudhu insha Allah gamachu gutuu Rabbi sifi haa kenuu
Rabbi sih fayyisu Abishiri oboleti
Rabbii sii fayyisuu 😢😢
As wr wb akamii Dr Nafiya dhukubii mataa Kun yeroo hundaa yeroo yerodhaan nadhukubaa Dawn isaa mallii furmanii jiraa Drtorii
Guddaa galatoomi fayyaa qabaadhu
Dhugaakeetii
Tension hedck akkamitin fayya dr
Thanks Dr ❤🙏❤.
Dhugadhaa nuf jiradhaa
Welcome Dr 🙋♀️🙋♀️
❤❤❤❤❤❤
Baay,eee galatoomaa
Galatomaa bayyee bayyee isaa malo, uuuuuuu bayyee naa rakkisaa turee yeroo namii waccuu yoo dhaqee ta. Ee naa dhukkuubaa wacca namatii
Ulfaadhu💞💞💞💞✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅♥️♥️♥️💚💚💚💕💕♥️♥️♥️💜💜❤❤❤❤❤❤💚
Galatomaa Dr kenyaaa
😍👍
Guddaa Galatomaa Dr/ Annii yeroo wan mi'aa qabuu ykn sukaraa bay'inaan of keessaa qabuu yeroon nyaadhee bay'ee qoonqoo koo naa hukamsee naa hukaa naa canaqaa hangaa imimmaan busutii furmaanni isaaa malii mee Dr please naaf video ittii Annaa keessati naaf debisaa bay'ee rakkachaa jiraa
Dr Guddaa Galatoomaa.
Galatomaa dr
Galatomi Dr nu jiraadhuu
Ana's bayye nadhukuba galaatoma
Dr kenyaa nu jiradhu galatami
Galatoma Dr 🙏♥️
Guyya guyyan mattaa ko na dhukkuba garuu furmatta dhabe
Galatomaa Dr 👍👍
Bayee galtomaa Dr kenyaa nufii jiradhaa dabalatanii imoo dhukubaa asamii akamii ofiraa balesuu dandenyaa Dr video nufii hojadhaa pls ..
Annii sadarkkaa sadafaa sanii mee,furrmaniiii maliiii
Dr please mee rifeensa ciccituuf dawaan maali? Kana yoo jedhu.....dibata/zeeytii hunda fayyadamee faaydaa takka hin arganne rifeensi kiyya akka malee hiddaan buqqa'a waggaa 2 ol narra gaheera kuun dhiiga hir'ate naan jedhu Kuun tarii jijjiirrama hormonii ta'uu mala kan jedhanis hedduudha.
Mallattoo isaa mataan koo hiddaan akka malee buqqa'a hamma waan haadadhee fakkaatu fa'atti jechuudha
2. Hedduu aarii natti baay'isa obsa hin qabu (kuni amala guyyaa keessa narratti muldhachaa dhufeedha)
3 na dadhabsiisa please please dafi mee Dr kiyya gorsa fedhaa
*Galatomi Dr keenyaa*
Gaalatomaa.
Maloo kaanii birraa imoo . Wogaa 2 gutuu guraa join dadhabee. Maloo faalaa isaa naattii himma .maqaa Rabiittin.naa gaarigaraa