Dachaa ebbifamma tamamm atilee iddime dheradhuu yoo namnni nama gatee waqaayyo nama hin gatu silass jalalli nama yerodhaf inni sii wamee garuu akksi mitti haa ebbifamuu maqan waqaayyo haa ebbifamuu ameeeeeen inni nama hin ganne yessusi jira
Waa'u tamam bayee siijalanaa jalatamaf kabajama garbicha waqayoo. Dhugaa ba'umsa ke radio wara wangelatii dhagenyera etii ebiifamnera ebiifaama hundii kesanii
Woowwo Ameen Ameen Ameen baga waaqayyoo seenaa kee haaresse Fr/ta Temaam Eebbifamii dachaa, Eebbifamaa Tiv mo'aa Waaqayyoof galanni guutuun yaa ta'uu Haaleeluyyaa
Wowwwww ameeeeeeen uuuuuufffffeeeee F❤️❤️❤️❤️T// dhuga bu’mas kee karaa bay’ee dhagefadhee 😭😭😭 waqayyoo seen namaa jiraa maaqan goofta haa ebifamuuuuu
Yadi AL. Iyesus
Uuuuffffeeee akkam namati tolaa maaloo froomni waaqayo inni naman gatuu jabadhuu tammeekoo ammayuu ebbifamaa warrooni mo'a TV nuuf jiradhaa ❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😢😢
Waqaayoo bara jireenya kee eebbisuu kanaa caalaa hubbannaa sif ha kennuu waqaayoo hubbaana ogummaa fi obsaa nuf kenni addaara ameen............
Ano qorumsaa tamam isaa yeroo dhignii isaa afaani fi funyaanin yaa.uu sana ilaalee qorumsaa ana irraa ga.ee hundumaa obsaan akkan baadhuuf barumsaa obsaa naa barsisee taamam nama waaqayyoo jabaadhuu jajjaabadhuu waaqayyoo guddaa guddaa sii haa eebisuu eebifamii ✋✋✋✋✋✋✋✋
Dachaa ebbifamma tamamm atilee iddime dheradhuu yoo namnni nama gatee waqaayyo nama hin gatu silass jalalli nama yerodhaf inni sii wamee garuu akksi mitti haa ebbifamuu maqan waqaayyo haa ebbifamuu ameeeeeen inni nama hin ganne yessusi jira
uuuufffeeeee😭😭😭😭 yesuus koo ati ulfadhuu abba gaariii uuuffffeeee eebbifama
Dhugaa bumssa ketinni nama bayyetu fayye annissi baayye nati tola dhacha ebbifammi ameeeen
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen uuuuuumphaaaaa yesuus koo kan akka kee enyuu gooftaa koo
Eyyee dhugaadha utuu nuti isaa hin jaalannee ofii isaatii nu jaalatee yesuus uuuuuufffffffeeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
Wowowow waa bayyee namaa barisistaa waqayoo baraa jirenya keeti haaebbisuu
Tamaam bagaa waqayyoo sii gargaree dhugaa bausi'ii Kee waan bay'ee nama barsisa qophseitootan TV mo'aa ebbifamaaaa
Sennaa ajaibati dhugaa waqayo uuuuuuffff garamidhaa waqni kenyaa bagaa gargaramtee Amma gese hadhoo koo 🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭
Bagumani kani iyesus ta'e ijoollee eyesus homtuu hin danda'u tamme ebbifama ayyaani kana caluu sifi ha bayatu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤
Uuuuuuuuuffffeeeeeeee bagaa nagaa garaa manaa fayyiinaa dhuftee ililililililililili waaqayyoofii galanii haa ta.uu bay.ee nama gamachiisaa tamee koo bagaa gara manaa Abbaa kee dhuftee ishooooooo Eebbiifamii👏👏👏👏👏👏👏👏💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Woowoo.mucaa.kaku.baay.ee.namati.tola.bagaa.waqqayyoo.sii.gargaree.dhugaa.baatu.waqqayyo.ta.te.ameen.ameen
Yesus akka nama mitii 🙏🙏🙏🙏maqaansa ya ebbifamuu
Waaqayyo sii haa eebbiisu waan baay'ee nama barasiisudha.
Uuuuuuuuuuuuffffffeeeee kaa
Waaqayyoof Galannii haa ta'uu
Firri namaa gatta hirriyaanis namaa dhissaa innii namaa hin dhifnee Eyesus Kiristoosii Qofa
Galannii ulfinii kaan sa'atti Ameen Ameen Ameen HALELUUYAA
Kkkkkkkkkk
Ammmeeen Ammmmeeen ebifami ebifami dachaa dachaa waqayyoo siyaa ebisuu❤❤❤❤❤
Ameeen haleeyuu ibdii iyesus nura jira nuti hin sodatamna malee hin sodana miti....
bagaa waaqayyoo si garagaree kodee koo yesus gooftaadha👏👏👏❤❤❤
Ameeeeen Ameeeen Ameeeeen Ameeeen Ameeeeen Ameeeen ebifamaa
Ammmmmmeeeennn.ammmmen
💒💒💒💒💒💐💐💐💐💐💒💒💒💐💐galanii iyaasus Kiristos qofa haa taauu Ebbiifama dachadhan 💓 💓 💓 💓 💓 iyaasus Kiristos Geta naw yadinali bichaa hyyyyulllllllllllllleee
Ayii Tamee waqayyoo baga sii argattee jabaadhuu mucaa kakuu
Dhugaa baysii kee baay'ee nama boochiisa
Yesus Abba jalala fayisaa hudaa kenyaa far tamami waaqayoo kana calaa dhugaa batuu saa sii yagodhatuu
Uuuuuuuffffeee ammale ijoolen waaqayyo ibdaa afura qulquluun bitamaan jiruu nuuf jiraadhu tamee kenyaa umuri dhera
ameeennnn ameeeennnn ebbifamaa ebbifamaa tamam waaqayyoo ayyanaa isaa siifi bayyeesuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuffffeeee waaqayo haa ulfaatu tamam jabadhuu ammayuu
Akkasumaa warrii mo'a TV ebbifamaa nuuf jiradhaa waaqayo isin haa ebbisuu
Ameeen Ameeen waqayoko barafi jirenyaa ke yaa ebisuu 🙏🙏
Wow Waaqayyoo Bara Jireenyaa keessaan Haa Eebbisuu Eebbifamaa Ijjoollee Waaqayyoo Faarfataa Tamam Umurii Dheeraa Jiraadhu Baayee Isiin Jallaannaa
Ameeen ameeen waqayoo bara namaf dabarsaa ameeen haleluyaa
Ufffffffff mal namti toola Waaqayyo Bara jireenya kee hebis ameen
የጌታ ሥራ የግንዛበ እይታ ያላቸዉ ሰዎች እንደምአስቡ ሳይሆን እርሱ ዓላማ በራሱ መተማመን እንደምሠራ ነዉ።
Uuuuuuuuffffff Senaa kootii Senaa Senaa kee fakatuu Tamee Eebifamii goftaa koo barafii jirenyaa kee yaa Ebbisuu Ebbfamii waqayyoo Senaa jiraa Tame koo 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Yesuus Keenyaa yaa isa Gaarii nuuf taatee
Waw Ebbifimaa ❤❤❤❤ dhugaa Wan aja'ibaa
Waaqayyo inni akka nama sitti hin tanne haa eebbifamu! Sif immoo ayyaana irraati ayyaana siif haa dabalu!
Uuuuuuufffffffff waqayoo asleep ogumafii hunanaa kana caaluu siif haa baayisuu hadhokoo ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ameen waqaayo dachaasii haa ebbiisuu bagaa sii gargaaree
Ufeeee tamiyee bayee ebifamii amaree dacha dachan sif haa ta.u Ameen
WOW WOW Amen Eebbiifamii
F/Tamam Eebbiifamii bayee sijaallanaa
abeet kutannaa kee , abeet ayyaana sirra jiruuu,abeet ogummaa dubbii kee ;kana isuma phexroosiif kennetuu siif kenne ergaan kun handaara lafaa haa ga'uu ,waaqayyoo guddaa sihaa eebbisuu
Uuuuuuuuffffee ebbifamaa waaqayyoo baraf jirenyaa keessan haa ebbisuu 👏👏👏👏👏💟💟💟
Waqaayoo si waajiin hata.uu dabalee ammaayu ameen ..w.ee waqaayoo himam hin dhumuu waa ee gochaan waqaayoo..........
Ameeèeeen ameeèeee ameee ameeèeee ameeèeeen ameeeè ameeèeeen ameeeè ameeèeeen ameeeè ameeèeeen ulfadhuu yesusuu
Waaqayyoo haa galatuu 💖💖💖💖💖💖💖ebbifami ebbifami tamuu ♥️♥️♥️♥️
wooow. wooow. eyasusi namahin gatu. hadha jechufi. hadha calaa. Abaa jechuf Abaa calaa maloo. malii jedhu lataa. gofta kan nani anoo. wanii jedhu dhabe iyasusini
Waqayoo bagaa sii gargaree qalii kenya❤❤❤❤❤
Uuuuuuufffffeeee warraa naman jibamaanif waaqayyoo firaa baga inni jabbaan kun sii fowaate 😭😭😭😭😭😭😭waaqayyoo gaariidha.
Ameeen Goftangalataahafudhatuuu
Inii namaagargaruuuuuuuuuuufeeeeyeee❤❤❤🙇ebifamaaadachaaa
Namni Halaa Namati Gurraa Kiristoos Seena jijjiraa ishoo bagaa waaqayyoo sii gargaree jabaadhuu!!!!!
wawoo maqan waqayyoo yaa ebifamu Ebifamaa
Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen uuuuuffeee iyesus koo ati ulfaadhuu
Baga Du'aa irra Gara jirenya dhufte Tamam
Ameen ebbifamaa wqy dacha dachaan isiin ha ebbisuuuu
waaqayyoo siinaa Eebbisuu ebbifamaa farfataa kan nuf dhihesuu kessanitii baayee barumasaa gudaa iraa argadhee Eebbifamaa!!!
Ùuuuuuuufeeeeeeee,haadhoo ko dhugaa ayiiiii 😭 💖
Wawoo kitabichi injira amma dubbisu dandeessa by the way Waqni waaqarra baga jala siin baase My God bless you more ♥
Waawoo kadhachun humnna gudda akka qabu fii lolaa dhokataa akka namaf loluu amma hubadheraa ebbiifamii
Ebbiffami tamaam hamma dhumati jabesse sihaa dhaabuu
waaqayyoo bara namaf dabarsa Ameen eebbifamaa maqàa yesusin
Ameeeeeeiiiiiiiiiiinnnniiii waqayoo galanii haa taauu iyaasus Kiristos Goftaadha fayisadha biyaa lafa udatii 💓 💓 💓
Uuuuuuffffff Ati dhugadhuma Nama. waqayyotii. Bayyee nama sodachisaa dhugaa batiin kee. Goftan jiraa Amayuu
Ebbiifamaa ijollee kakuu
Bagaa waqayoo seenaa kee jijjiree🙏🙏🙏🙏
Ameen ameen dhugaa dachaa ebifami goftan ko si haa ebisu
Wowwwwww Tammee koo Baga gargaaramte Baay'ee namatti tola Eebbifami Eebbifami
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqayyon si haa ebbissuu ebbifami
Uuuuufffffffeeeeee jiraa Iyesus firaf laam kani namaf caluu iyesus Goftadha Ameeen Ebbiifamii Ebbiifamii Mucaa kakuu Dacha Dacha 📖📖📖📖📖
Wooooww dhugaa ba,umsii kee,baay,ee namaatti tolaa tamaam faaris eebbifaami mo,aaTV eebbiifaama....
Tame dhugaa ba'uumsi ke bayye namati tola Ebbifami dachan...
Uuuuuuuuuuuuuuuuufffffffeeeee Ammeenammeen Ammeen ammeen Ammeen ebbifama ebbifama ayyanichi dacha isfi haa bayyatu ebbifamadhugaadha😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙆♀️🖐😍
Uuuuuufffff yesus galanii sii haa ta.uu tamana waaqayyoo sii haa eabsiu
Uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee 😭😭😭😭😭😭akka dhiyetii hin hafuu nuuf jiradhu tammee koo❤️❤️❣️❣️❣️ guddaa sii jallanaa ebbifama ebbifama hundumati kessan qomoowwaan koo 💞💞💞💞💕💕
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen
Ameen Ameen Ameen Eebiffamii Tamee
Uuuuuuuffffeeee ulfadhuu iyasus yeroo hundumaa goftatii gammada ammas.irra deebi'ee nan jeedhaa.gammada filiphisiyus 4:4
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ulfadhuu iyasus iyasus iyasus iyasus iyasus iyasus iyasus iyasus
Namni waaqayyoon amanatu yoommiyyuu hin gataamuu
Uffee jirtaa yesus
Sitti boqottee lubbuun koo iyesus
uuuuuufffeeeeen.yaa.waqaayyo.galat.kee.kalesa.gargarate.naa.fidee.ebbifamii.dachaan.tammee.koo.❤❤❤❤❤him.Aj'ibaa.dhugaa.
Eebifami dacha dacha dacha dacha dacha dacha
Woowww waqayyoo baraa kessaan haa ebbissuu 📖❤❤❤❤
Waa'u tamam bayee siijalanaa jalatamaf kabajama garbicha waqayoo. Dhugaa ba'umsa ke radio wara wangelatii dhagenyera etii ebiifamnera ebiifaama hundii kesanii
Hy tamaam baayyeni si jaldha nafi jabdhu amyuu baribdmi uuuuuuuuufff goftani Bara fi jirenya keesni ya ebisuu
Kkkkkkkkkkk ebifami tame koo dhuga akkam das nama jedhaa baga waqayyo kana hunduma sii argisise ameeeen
maloo dhugaa waaqayyoo waaqayyoo beekadha baga akkasitti hin hafiin baga sif dabaarsee waaqayyoo ammalee waaqayyoo sii yaa gargaruu jabaadhuu
kuun naamaa aja'ibaa garuu baguumaa keessaattii hinhaafin bagaa siiwaamee waaqayyoo !!!!"""!!
Uuuuuufffffff kan akka waaqayyo eessaatti argaama micuu lafaa onnaa abbaa bara rakkoo jaalalee dhugaa hiryyaa amaanama .....jijiiraa seenaa dhalaa namaa 😭😭😭😭 Maqaan waaqayyo haa ulfaatu Innii sii gargaree gooftaa galataa gudaa haa fuudhaatu Tamaam eebbiifamii Barii kee jireenyii kee maqaa gooftaatin haa eebbifamu darbii demee amaallee mi'a aduunyaaf furmaata ta'i 😍😍🙏🙏
💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
Ameeeen Ameeeen ebbifamaa hudiii kesanii
Wow tamee jabaa ko waaqayyo baga sigargaare
waaqayyo gooftaan sihaa eebbisu ammalle singatani
Uuuuuuuffffffeeeeee gudadhaa gudhadhaa iyesuusii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqqayo saa ebbisuu Tamam Eebbifamaa Tv mo'aa
Uuufeee tamee eebbifamii baga waaqayoo ini injijiramnee sifaana jiraate eebbifamaa
waaqayyo Gooftaan Maccaa Siyaa Eebbisu Faarfataa Tamaam Guddaa Eebbifami Isinis Ulffaadhaa Laliif Ambisaan.
Hojjeetonnii Tvmo,aas ebbiifamaa hundii keessan
Ameeeeen
Ameeeeen
Waaqayyoo baraa namaf dabarsaa uuufffeee eebbifamii
Tame keenyaa ❤❤💪
"Kaleessa gargaartee na fiddee
Dachaaf gaara baayyee na baastee...... "
uùuufff kun anaaf 1ffaa dha! Waaqayyoo si haa eebbisu Taammee.
Very much God bless you
Kitaaba Kana Haala Ittiin Argachuu Dandeenyu Nuuf Ibsaa Adaraa keessaan Eebbifamaa 🙌
Eyyeen anis kanuman jedhe
Ameeen ameeen haaleluuyya waaqayyoo sii haa ebbiisuu ebbiifamii
Waaqayyoof waanti hin dandaa'amne jiruu in duuķanna keessa ifaati basee Waaqayyoo abbaa keenyaf galanni ulfin bara hamma baraati isa haa ta'uu gooftaati siihaa dacha dachaadhaa Temme uuuuuuuffffeeeee
uuuuuuufffeeee ebbifamaaaa ebbifamaaaaaa Ameeeen
Waqayyoo kanuuma caala Ayyaana isaa Siif haa bayyisuu Tamamii Ebifaami