KESSUMAA MOAA | SOLOMON ALAMU

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 19 жов 2024

КОМЕНТАРІ • 328

  • @Singer_Lata_Badasa_Official
    @Singer_Lata_Badasa_Official 10 місяців тому +1

    Waaqayyoo bara keessan haa eebbisuu eebbifamaa.

  • @እየሱስከሁሉበላይነው

    በአማራኛ ብታወራ ደስ በለን ነበሬ ግን ምንም ማለት አይደለም ተባረክ በጣም ምወድክህ የእግዚአብሔር ሳዉ

  • @adanedinsa2565
    @adanedinsa2565 2 роки тому +2

    Sool nama waaqayyoo baay'een si jaalladha, waaqayyo bara kee haa eebbisu eebbifami.!!!! Jabaadhu ganamaan waaqayyoon waan qabatteef waaqayyo si gargaara.!!!!! Mul'ata fuula kee duraa qabduuf waaqayyo siif haa milkeessu.!!!!!!!!! Faarfannaa keetiinimmoo eebbifameera atis eebbifami.!!!!!!!

  • @zamzam8093
    @zamzam8093 2 роки тому +2

    Mee lakofissa issa worri betanni nafi kenna jalala waqayyotin isin gafadhaa Kenna toko qabafi 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 2 роки тому +4

    Dhugaa baayee namaa tola waqqayyoo bara jireenyaa keenya haa ebbisuu🙏🙏🙏📖💯✅

  • @abozaid413
    @abozaid413 2 роки тому +2

    WOWOWOWO gooftaan koo si haa Ebbisuu

  • @mandefrolegesse5748
    @mandefrolegesse5748 2 роки тому +2

    Waaqayyoo baay'isee si haa eebbisu. Warri Mo'aas galatoomaa.

  • @hadhaako
    @hadhaako 2 роки тому +2

    Wowowow solooloko bekaa keenya ❤️❤️🥰🥰 😭 seena Kee nama gadisisaa 😭

  • @lamlamlove9402
    @lamlamlove9402 2 роки тому +1

    Uuf ebbifami qaxalee muchaa kakuu WOW waqayyoo Goftaan akanumatt dhugaa sii ha dubisuu farfanna ke dhageefadhe hin qufuu baayyeen ittiin ebbifamee wantii arrabaa keraa bahuu gurratti mi'aa ebbifami ammayyuu ❤️❤️❤️

  • @kifleayana7273
    @kifleayana7273 2 роки тому +14

    Farfannaakettiin baay’ee eebbifameera! Waaqayyoo dachaa si haa eebbisuu!🙏🏾

  • @latuuamboo4080
    @latuuamboo4080 2 роки тому +3

    Solliko
    Anii Farfanna kee dhagefachuu
    Walda dhaqee
    Garuu yeroo sana yesuus Kiristooni hin Amanee ture mana nuuti cufame ossoo sii ilaluu❤🤔📖📖📖

  • @SintayoSintayo-rb8li
    @SintayoSintayo-rb8li Місяць тому

    Ebbifami soolii barumakee haa ebbisuu waaqayyoon jabaadhu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️✋✋✋✋✋🙏🙏🙏🙏

  • @bece5121
    @bece5121 2 роки тому +1

    Waqayyoo si haa ebisuuu haadhooko ebbifami 💞💞💞💞💞💞💯💯💯💯💯

  • @fkennaaalamuu4111
    @fkennaaalamuu4111 2 роки тому

    Uuuuuuuufffffffffeeeeeee qaxallee koo mucaa kakuu nuf jiradhuu
    Bayyee si jalanaa cimii ijaa jabadhuu
    Harkii waqayyoo goftaa si wajinii jiraa
    Tufatamun kabajamufii waqayyoo kasaa kee kafalleraa amas ganaa itii fufaa💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜

  • @AsterWaaqayooAnafAbdiikooti
    @AsterWaaqayooAnafAbdiikooti Місяць тому

    Ebbiifamii sool gooftan ayyannaf hubana ogummaa kanuman caalu sif haa latuu Eebbiifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @urjiioro8110
    @urjiioro8110 2 роки тому +2

    Ebbifamii Ebbifamii Ayyaan kan caaluu sif haa bayyatuu solo koo❤🙏

  • @NegaseTeshome
    @NegaseTeshome 2 дні тому

    Haadhoo nuu jiraadhu waaaa AMBO ko jirtaa ebbifami❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯

  • @zemenuabera8065
    @zemenuabera8065 2 роки тому +8

    It is a miracle conservation & not expected from this boy,God bless you !

  • @altamimiali5283
    @altamimiali5283 2 роки тому +2

    እግዚአብሔር ይባረክ ተባረክ ፀጋው ይብዛል

  • @shelinshelin9108
    @shelinshelin9108 2 роки тому +2

    Bayee namati tolaa Ebbifamii mucaa kakuu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @yesuusgargaaraakooyeroohun7641
    @yesuusgargaaraakooyeroohun7641 2 роки тому +1

    Waaqayyoon baraf jireenya kee haa Ebisuu Solee keenyeenyaa Ebifaama mucaa kakuu!!!!! Ayyaani Waaqayyoo kanumaan calatii Sif haa baay'atuu Ayyaani isaa Ebifaama dachaa Ijoolee kakuu
    Kan Waaqayyootu caala Solee koo jabbadhuu akka namaa osoo ta'ee jirachuun hin turee akka Waaqayyootin jiraachuun ta'ee malee maqaan Waaqayyoo haa hulfaatu yaani keessan baayy'ee namati tola jabaadha 👏👏👏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤

  • @R00ziiAlemu
    @R00ziiAlemu 2 місяці тому

    ❤ebbifamii nama waqaayyo jirenyaa bara baraa siif haa kennuu

  • @bontubontu1294
    @bontubontu1294 2 роки тому +3

    Wwwwwwwwwwwwooo ♥️ ebifaamii qalxaleekoo 👏👏

  • @dameabaye5422
    @dameabaye5422 Рік тому

    Hin qoosinii sagaleekee ishee mucummaa sanaan jaalladha. It’s my favorite song.Mudannoonkee hedduu nama gaddisiisa utuu tahee ijoollee tu dura gnaata ture aadaa boodatti afaa dha malee. Baga sigargare!! Baayyeen sitti eebbifamef yeroo hundaa sababiin isaas Ati yeroo farfattu of irraa buutee akka afuurri qulqulluun sigodhe taatee waan farfattuufiidha . Inni lammata ani siin eebbifamuuf faarsaakee undasaa keessatti Iyeesuusiin waan leelliftuufii dha . Kana adaraa Hin dhiisiin inni hundaa caalu sababiin jaallatamuukee dibata gooftaati.

  • @tolesaedeto5182
    @tolesaedeto5182 2 роки тому

    Dhugaadhumatti Sool Hubannaadhaanis Qaamaanis Bilchina Jechootaanis Dabalaa Deemeera Gooftaan keenya Haa Eebbifamu. Warri Moo'aa Jabaadhaa. Eebbifamaa

  • @heeranboruuofficial3323
    @heeranboruuofficial3323 2 роки тому +1

    Eebbifamii Eebbifamii Mucaa Kakuu Ati Gatii Dhiiga Kiristosi Nuuf Jiraadhu Umurii Dheeraa Sif Haa Eebbisu Waaqayyoon koo🙏❤❤❤😥😥😥

  • @sanyiiijawar9143
    @sanyiiijawar9143 2 роки тому +1

    Ebifamii waqayoo gooftani siihaa ebisuu dachaa diribii ♥️🎀🎀🎀

  • @ayantuayantudegefa7804
    @ayantuayantudegefa7804 2 роки тому +1

    Gudda ebbifami baayye namati tola waqayoo itti sif haa dabbalu sollo❤❤❤❤❤

  • @galoocawwaqa1620
    @galoocawwaqa1620 2 роки тому

    Uuuuuuuuuffffffffffeeeeeeeee kaa waqaayoo baraaf jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii dachaa diribii dhaan ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏💘💘💘💘💘💘💘

  • @mamotafese1559
    @mamotafese1559 2 роки тому

    wow 😮😮😮bekka mucaa uttu hin ga'inni nama bilchate goftani si'aa ebbisuu sol si dhugaa wanumma maguddo wayii dhageffadhu natti fakkate ebbifami hodhoo koo amalee ayyanss sifabayyissu sol kenyaa🙏🙏

  • @borichala581
    @borichala581 2 роки тому

    Soleekoo Waaqayyoo siin yaa eebbisuu dhugaa, gaddaa guddaa maatii kee fi sirraa darbeef galannii guutuun gooftaaf yaa ta'uu .

  • @daameebiiranuu4088
    @daameebiiranuu4088 2 роки тому

    Soli jabadhuu darberaa baarichi tufii

  • @saraakoo1588
    @saraakoo1588 2 роки тому

    Uuuuffee Waaqayyoo galanni haa ta'uu inni sii gargaare haa eebbifamuu jabadhu ammaas Waaqayyoo sii wajjin jiraa

  • @almasgutama5535
    @almasgutama5535 2 роки тому +2

    Wow amazing soli God bless you ebifamii

  • @ameludemera8297
    @ameludemera8297 2 роки тому +2

    waaqayyoo sii haa ebbisuu 👍

  • @eshalemethiopian3231
    @eshalemethiopian3231 2 роки тому

    Ameeeeeeeeeeen Waqqaayyoo Bara Kee Yaa Ebbiiffammuu Darbbii Demmii kannumaa Caalaa Farfaannaa Keetii Namoonnii Bay.een Fayyanniiruu☝☝🖐🖐🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @chaltufayisa1400
    @chaltufayisa1400 2 роки тому

    Uuuffee kaa waqayo bagaa sii gargare sool ammayyuu dibata fi bekumsaa kaanaa caalaa siitii haa dabaluu mucaa kaakuu❤️❤️💕💕❣️❣️🥰🥰

  • @aminafayiso5912
    @aminafayiso5912 2 роки тому

    Wwww F//Solomon ebifami Waqayyoo sii haa gargaruu jabadhu

  • @keneniyoutube
    @keneniyoutube 2 роки тому

    Salmon waqayyoo sii walin jiraa jabadhuu, garuu magalaa kenya ejere kesaa waqayyoo sii basuu satii guduman gamadaa galani kan iyasusi

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa2680 Рік тому

    Ayyaanni kuni amallee sirratti haa dabalamuu ebbifamii 🙏🙏🙏

  • @naoltesfaye6023
    @naoltesfaye6023 2 роки тому +1

    haasaa laphee namaa cabsudha. eebbifami sola😍

  • @barootsageye2207
    @barootsageye2207 2 роки тому

    Wowowo waaqayyoo si haa ebbisuu dhugaa gorsa keeti baay'ee namaa haa gammachisa

  • @wagayobalay3980
    @wagayobalay3980 2 роки тому

    uuuuffee waqaayyo ayanichaa siratii haa dabaaluu goftaan jabadhuu ❤❤❤❤💯

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 2 роки тому +1

    Wowww waqqayyo bakaa yaden si ha gahu soli

  • @LaliseLalise-l1v
    @LaliseLalise-l1v 2 місяці тому

    Jaalatamtoota maati waaqayyoo guddaa waaqayyoo Sin haa eebbisu eebbifamaa!!!! Solomon nama waaqayyoon eebbise ammas ayyanni Waaqayyoo siif haa baay'atun siin jedha Eebbifami!!!

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 роки тому

    Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa

  • @Siifjira1000
    @Siifjira1000 2 роки тому +1

    Eebbifamii eebbaaf ta'ii ammayyuu hubannaa sif haa kennuu gooftaan ayyaanni sif yaa baaya'tu jabaadhu sijaallana❤

  • @uaekfn8560
    @uaekfn8560 2 роки тому +1

    Ameen dachaan ebbifami mucaa kaakuu

  • @diborayadesaa3976
    @diborayadesaa3976 2 роки тому +2

    Solii koo jiraadhuu qaxalee koo😍😍😍😍😍😍

  • @johnytechh5035
    @johnytechh5035 2 роки тому +2

    Gooftani isaebisuu Ebifamaaa 🙌🙌🙌🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰

  • @buzeebuzee-cu9vb
    @buzeebuzee-cu9vb Рік тому

    Soolo nama jaalala ebbifami
    Ebbifamaa keenya
    Ebbifama hunddi keessan 💋❤️📖

  • @QaanqeeBakarwaaree
    @QaanqeeBakarwaaree Рік тому

    Bayee. Waandhalootaa. Buruutii fakeenya. Hayuumaan dhaloota Eebbiifamii Aamalee. Jabaadhu. Www❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @madanitbayisa8148
    @madanitbayisa8148 2 роки тому +1

    Qaxalee mucaa kakuu ebifamii jabaa kenyaa ebifamaa ❤❤

  • @siifanw5871
    @siifanw5871 2 роки тому +1

    Jabadhu ebbifama mucaa kakuu 💗💗💗💗💗💗🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @abdiitube7533
    @abdiitube7533 2 роки тому

    Waqayyoo kanumaa caallaa haryana isaa sif jaa bayyisuu selamoon

  • @mmmmagnj8537
    @mmmmagnj8537 2 роки тому

    Wowowowowowowow Ebbifamaa Ebbifamaa Waqaayyoo Waqaayyoo

  • @DaaratuuDado
    @DaaratuuDado 3 місяці тому

    Waaqayoo dacha dacha sif Ebbifamii Ebbifamii ❤❤❤

  • @easternemera3955
    @easternemera3955 2 роки тому

    Soleekeenya ! Amayyu ebbaaf tahi. Dibati Kun siif haa bayaatu!

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa 2 роки тому +1

    Uuuuufffffeee qaalii koo Sooli🥰🥰❤❤💚💚❤❤💚💚🙏

  • @MessretKuma
    @MessretKuma 5 місяців тому

    Farfaataa solomon baayee si jalaadha ebifaamii

  • @genetkuwait3894
    @genetkuwait3894 2 роки тому +1

    Sin dhugaama si mudde waaqayyo Sol waqayyoo baraf jeenyakee haa ebbisu Amalee dabalee Mucaa kakuu

  • @aragusori5021
    @aragusori5021 2 роки тому

    Gooftan ayyansa sirati haa irranfatu dhoksee sii haa gudisu waqaayyoo dachaa sirati haa ta'uu ayyanichii jabadhuu

  • @charadesalegn8902
    @charadesalegn8902 2 роки тому

    Hammaayyuu muldhanikee ittii siif hadaabalamuu

  • @meseretabdiadisfitratnegn3278
    @meseretabdiadisfitratnegn3278 2 роки тому +2

    Sole jallaala goftan akkan si jaladhu 💜
    Waqaayyoo baraf jireegna kee ha ebbiisuu🙏

    • @adelal8480
      @adelal8480 2 роки тому

      ❤❤❤❤💖💯💯💯💯💯💯💯💯💟💟💟💟💟👌👌👌👌🤝🤝🤝🙏

  • @teferibacha2289
    @teferibacha2289 2 роки тому

    Ergaa guddaa ofii keessaa qabaa dhugaa waaqayyoo siyaa ebsuu sol jaabadhuu baarumsaa keetinisii ilmaa Eyesus

  • @Amaru-f5x
    @Amaru-f5x 7 місяців тому

    Eebiffami mucaa waqqayyoo waa baay'ee sirraa barane

  • @masii4633
    @masii4633 2 роки тому

    Soolko Waqayyo bara jireenya Kee guutu haaebbisuu ayyaani waqayyoo dachaadachaa siif haabaayisu jaajjabdudhu qaxalee mucaa🥰🥰 farfana ke naafjireenyata,e

  • @gadisefikadu1098
    @gadisefikadu1098 2 роки тому +1

    Waaqayoo hubaan kaan caaluu siif Haa keenuu S/koooooooo ❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🔟🔟🔟

  • @romanmitiku4365
    @romanmitiku4365 2 роки тому

    Eebifamii Eebifamii amalee jabadhuu

  • @getetube6200
    @getetube6200 2 роки тому

    Wawawawoo Waqayyoo isin haa ebbisuu ebbifama sol ebbifami waqayyoo saa ebbifama

  • @dejenebululta6952
    @dejenebululta6952 Рік тому

    Waaqayyoo isiin haa ebisu waan baay'ee isinirraa barane.

  • @tigisttamiru2907
    @tigisttamiru2907 2 роки тому +1

    Mucaa nanaa nuuf guddaadhuu iddoo guddaa ga'ii sinboo qabeessaa namaa😍

  • @GETUSHOW
    @GETUSHOW 2 роки тому

    Wow Efri sagaleen kee namatti tola,, sool atis eebbifami

  • @ADIISEE1
    @ADIISEE1 2 роки тому +2

    Uuuuuf ebifamiiiiii waqayoo isn haebisuuu😭🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲💖

  • @derartuolika4760
    @derartuolika4760 6 місяців тому

    Waqayyoo bara kee haa ebisuu solee ebbiifamiii guddadhuu

  • @senaa705
    @senaa705 2 роки тому

    🥺😍baga si guddissee waqayoo qaxaleekoo

  • @dawitshuna4255
    @dawitshuna4255 2 роки тому +1

    Eebbifami sanyii iyyeesuus !!!!

  • @moibonitana8152
    @moibonitana8152 Рік тому

    Faarfataa Solomoon deebiinkee dhugaa

  • @fordosadanech5309
    @fordosadanech5309 2 роки тому

    Wwwwwwoooo guddaa ebifamii mucaa ebbaa sii jalanaa

  • @oromiyaabiyyaakoo9715
    @oromiyaabiyyaakoo9715 2 роки тому

    Waqaayoo sinii haa ebbisuu ebifamii mucaa kakuu gooftaa baraa kee haa ebbisuu

  • @maasiitube3782
    @maasiitube3782 2 роки тому +1

    Dinqiidhaa Waqqayoo Ergaa
    Sanyii naa keene wanaan iraa facaasuu naan dhowatuu Hubbaanaan Oguummaan Siif haa Bayyatuu Kana Calaa barrii kessaan Haa Ebbiisuu

  • @ayyeeorocell9778
    @ayyeeorocell9778 2 роки тому

    Soli ebifami dacha dachani muca kakuu waqaayyo ebbafi si haa godhu amayuu darbii ademi 🥰🥰

  • @BikilaEtana
    @BikilaEtana 2 роки тому +1

    Keessummaa dha malee Kessumaa miti jara keenyaa! Waan akkasii of eeggannaa godhaa!

    • @ambodaba1756
      @ambodaba1756 2 роки тому

      Sirrii kee jette. "Afaan Oromoo" jedhee kan gurra nurraa harcaasu warreen miidiyaati. Kan Afaan keenya ajjeesaa jirus isaanuma. Afaan dhalootaa ofii bocuu dadhabuun qaaniidha.

    • @burtetasafaye3073
      @burtetasafaye3073 2 роки тому

      Uuuuuuuuuuuuufuuuuuuuu ebifami

  • @lemlemhaile632
    @lemlemhaile632 2 роки тому

    Waqayoo goftani sii haa ebisuu qomoo koo

  • @DaniDani-wh8hb
    @DaniDani-wh8hb 2 роки тому +1

    Waawo waaqayyo siyaa eebbisu sool

  • @bekankumessa7718
    @bekankumessa7718 2 роки тому

    Ammeen ebbiifama dachaa muca kaakuu 🙏🙏

  • @dibooraaabaatee5577
    @dibooraaabaatee5577 2 роки тому

    Nagaan waaqayyoo siif ha baayyatuu saalamoon 🙏🙏🙏🙏

  • @iftuuboshera
    @iftuuboshera 2 роки тому +1

    Eebbifami obbollesa jaallatama sol ammayyuu waaqayyo si haa kabbajju !

  • @senaa2350
    @senaa2350 2 роки тому +6

    *Soleekoo Well Come Bagaa Nagaan dhuftee 💘💝💝💝💝 natuu Duraa like Godhee ilalee 🥰🥰🥰🥰🥰📖📖📖📚📚📚🐅🐅🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🐅🐅🚶💘💘💘💘💝💝💝Sii Egaa bulee Halkaan Gutuu dhugaa Waqayoo*

    • @Oromo1421
      @Oromo1421 2 роки тому

      Sena baga gammade ani immoo dhugaa irratti like godhe

  • @sanniitube41
    @sanniitube41 2 роки тому +2

    Muca garami nana ebbifamii ❤️❤️❤️

  • @shitayeenate794
    @shitayeenate794 2 роки тому

    ati jabaa goftaakiyya waan hunda dandessa

  • @sakhratalquds2666
    @sakhratalquds2666 2 роки тому

    Waqayyoo sii haa ebisuu solomon kanumaa callaa ayyanii isaa sif haa bayyatuu

  • @burki7633
    @burki7633 2 роки тому

    hebbiifamaa bayyee siin jalanaa❤❤❤❤❤❤💔💔💔💔💔

  • @almazshifera4554
    @almazshifera4554 2 роки тому

    Wwwwooo qaxalo muca kakuuuu ayyanichi sirra camin jaba nama

  • @martbirqtube2501
    @martbirqtube2501 2 роки тому

    Waaqayyoo siin haa ebbiisu Ebbiifamaa ergaa dhalloota ijaruudha!!

  • @elsaa8024
    @elsaa8024 2 роки тому

    Ebbifami dachan dachan soli Adunyadhafi barbadamii🥰🥰🥰🥰🥰

  • @mante_1993
    @mante_1993 2 роки тому

    dhugakee jette ebifamii amayuu ayanisaa sife habayatu

  • @chakabulto5355
    @chakabulto5355 2 роки тому

    Waaqayyoo isiin haa eebisuu,erga gudda waan dabarsiitaaniif gudda galtooma!!

  • @fordosadanech5309
    @fordosadanech5309 2 роки тому

    Uuuuuuuuufffffffffffff bagaa waqayyoo sifii haabisee solee

  • @gadisefita403
    @gadisefita403 2 роки тому

    Waaqayyo si haa eebbisu Sool! Ati eebba dhalootati ! Waayee keef Gooftaan ulfina haa fudhatu!