Aartii Mo'aa - Faar. Tamaam Faaris Waliin
Вставка
- Опубліковано 5 лют 2025
- #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
Wwwwww tamam waqayyoo si haa ebisuu baraa kee haa ebisuu dhugaa waqayyoo ani farfanaa isaa lalee goftaa fudhee k anumaa calaa si haa ebisuu ♥️♥️♥️♥️ wantaa ati anaf gotee goftaa duraa koo hin baduu jedhuu san 😢❤❤❤❤
Uuuffffeee uuuffffeee uuuffffeee uuuuuufffeeee uuuuuufffeeee ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen qaxalee mucaa Kakuu darbii demi maqaa yesusini amayuu ayyani waqayyoo dachaa sifii haa bayyatuu maqaa yesusini
እየሱስ ከዘላለም ሞት ያድናል ወንድማችን ታማም እንኳን ጌታ ረዳህ ተባረክ
Far.Tamaam Faares jireenyi kee mataan isaa dhuga ba'uumsa guddaadha.waaqayyo bara kee haa eebbisu sijaallanna!
Nama waqayoo tamamii bayee si jaladhaa ebifamii ebifamii jabaa wagelatii ati dhugaa
Ebbifamii sijalaana nama wqyo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
amen amen amen
Amen 🙏🙏 ebiibfam
glory of God 🙏🙏🙏
Ati siluma Rabbi jallaa si'uume
Ebbifaamii haadhoo Koo 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
በጣም ነው የምወድህ ወንድሜ
አብሶ መዝሙሮችህ ዋው ናቸው❤
Waqaayyoo ebbaa bantii waqaaraa sirati haa robsuu Tamee koo
yesus Hadhaf Abaa hin caala sagaadun isumaf ta.a kan biraan hin jiruu ilmaa rabiqoofadha jireenyiidhugaa👂👈🙏🙏💪
Si jaalaan tamam❤😍😘🥰
Uuuu naamaa diinqaa eebbifamaa 💖💖💖💖💖💖
Waqayyo guddadha tamisha bagaa kan waqayyo tate qalii nama ❤❤❤
Amen 🙏
Wow bayye namati tola ebbifamii ebbifamii
Gudasa galtomi barii kee haa ebiffamuu God bless you 🙏😘💖
Dhugaa gooftaa waaqa jiraata ani dhugaa baatii faarfataa Taamamin hedduun eebbifamee gooftaan sii haa eebbisuu bari kan kee kan eebbifamee siif haa ta'u
Eebbiifaamii waqayon siha ebisu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Be strong, God bless you.
Waqayo kenyaa seenaa haressaa wantii isaaf dadhabame hin jiru gaalinnii isaaf ta.aa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Ergaa ajaa'ibaati! Eebbifami Tameeko!
Ameeeeeen, ebifamii🙏🙏🙏
Ebifamaa dacha ❤❤❤❤🎉🎉🎉
Ebbifamaa ebbifamaa bag kanikeenya tatee jalatamaaf kabajama mucaa yesus senaniike dhagefatamee hin qufamuu dhuga
Uuuuuuuuuuufuuú Uuuuuuuufuuuuuuuu Tameeeeeko Waqayoo Isaa Seenaa namaa jiruufii Safuudhaa Baga waqayoo sii gargaree karaa hunduumaa bayee Sii jalanaa Tmeeeeeeee
Jabadhuu jabba kenyaa 🛐🛐🛐🛐🙏
Yesuusiif Galanniif ulffiinni haa ta'u Eebbifamaa WAAQAYYOO ISIN HAA EEBBISUU DACHAA DACHAAN
Eebifamaa haadhokoo dachaa ebifamii
Ebbifamii hadhoo keenya waaqayyoo Gooftaani si haa ebbisuu iccittii guddaadha
Ijjoollee waaqayyoo maltuu Danda'a silaa ❤️❤️
Ebbifammii hadhoo Keenyaa 😍😍😍😍
@@kiyyaadariyee4612 ebbifamii hadhoo koo maatii nafi ta'i
❤❤❤❤❤ tamam❤❤❤❤
Waqayyo in seena jijiruu ha ulafatuu
Ebbifami mucaa waqqayyoo
Waw tamee koo bayee namatti tolaa
guddasa Ebbifamiii taamam keenyaa waaqayyoo ayyanna sa sif yaa baayyisuu ❤❤❤❤
Halelluuyyaa Waqayyoo guddaadha baga gooftaan si wamaate hidhaa sixaana jalaa Ebbiifama ergaa Addaa of keessa qaba kun dhugaa ulffaadhu Abbaa koo yesus❤❤
Ameen waqayyoo baraa ke haa ebbiissuu tamee
Ameen ebbifami beeka KO tamam 🥰🥰🥰🥰💯
Ameeeen ameeeeen ameeeeeeen ameeeeeeen ameeeèeeeeeeen ameeeeeeeeeeeen Ebifama dachaa dachaa haadhookoo jiraa.udha
taamam keenyya baayee sijalaana Amayyu Ayanii saa sifabaayatuu🤲🤲🙇♀️🙇♀️
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
Eebbifami Tamam!!!
MO,ee iyasus
Wooowww waaqayyoo jabadhaa 🙏🙏🙏🙏🙏❤️🥰❤️🥰❤️🥰❤️❤️🥰🥰❤️Bagaa waqaayyoo duukanaa keesaa sii waamateee📖📖📖📖📖📖📖🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Eebbifamii 👏
Far taamam bagaa gooftaan keenyya iyesus sigargaare jabaadhu itiifufii
Wawoooooo Dhugadhaa Maqanii goftaa wanii hunduumaa hojeechuu dadaa haleluyaa Haleluyaa ilililili ilili Ameeeeen Ameeeen ebbifamii dachaa dachaa 🛐🛐🛐🛐🛐🙏 bagaa waqayo karaa isaraa sii busee bagaa kiristoosiinii fudhatee
Uuuuuufff Ebifamaa Ebifamaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Wowowowowo jabaa keenyaa bagumaa ifataii baate waqayoo bagumaa sii gargaraa kaa uuuuufffeee iyesuu koo
Wawawa ebbiifami waqaaayyoo saa ebbisuu 🙏
Wowww waaqayyoo garidha Garumani sia Barbara jirata❤❤
Wawooo 🥰❤️❤️❤️❤️🥰
Waqaayyo baraaf jireenyakee haa ebisuu tamam!bayee namati tolaa bagaa kan Waqaayyo tatee jabadhuu ebifamii ebifamii 🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ebifamii ebifamaa mucaa dibataa🕊️🕊️🕊️
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
ebifamaa
Wawuuuuu maqayyo keenyaa yomiyyu mo'aadha👏👏👏👏👏 👍 bayee namatti tola anilee farfanaa isaa heddun jalladha dhuagaa bagaa waqayyo sii gargareee farf.Tama... amallle itti fufii wareen qaphii kan nuu biraa gesistanis galtoomaaa🙏🙏
Kotuu matii nafii tatii sanyii koo
Waaqayyoo bagaa sii gargareee 🙏🙏🙏🙏🙏🙏💖💖💖💖
I love you so much 💕 God bless 🙏
I thanks God about you 💗🙏
Ebifamii dhugaaa
Wowowowowow waaqayyoo ulfinaa haa fudhatuu eebbifamaaa
Baay'ee guddaasa galaattomaa namaa waqaayyoo, waan guddaa isnii irraa hubaadhee !!!!!!!. thank you.
Tamam waqayyoo siin haa Ebbisuu
wow jabaa namaa ebifmii
Ameeeeeen ameeeeen Ameeeeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
WOOW seenaa Amaanu'el Amoos waliin wal fakkaata!! Waaqayyo si haa eebbisu! Baayyee namatii tola,kitaabichi immoo bifa pdf ykn barreeffama karaa telegram tti osoo qophaa'e namni hunduu dubbisuu danda'a jedheen yaada
wowowowoww baayyee yaada addaatti eebbifamaa
🥰🥰🥰😊uuuufffffi ebifama jabadhu 😭😭😭😭😭
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
Baga nagaan dhuftaan TV mo'aa
Seenaa jireenyaa kee yeroon dhageefadhuu imimmaan qabaachuu hin dandaa'u dhugaa😭
Waaqayyoo bara namaaf dabaarsa....
♡Eebbifaama isiin lachuu♡
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@@obseegorba Tole maatii kee ta'eera qashti koo
Wowowowo waaqayyo amayuu sihaa ebbisuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💔🙏🙏🙏🙏🙏
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii too
Yes yesus geta new
Waqaayoo siii haa ebbisuu
Eebbifamii
Gargarsii Waaqayyoo Addaa!!
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
Waqaayoo isinaa ebisuu
baga nagaan dhuftanii nora
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ebbifamii ❤❤❤
Wow
Kitaabichaa akkamitti argannaa ree??
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Kitaabni kun eessatti argama???
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤
Ameeeeeen
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kitaabicha akkamitti argachuu dandeenya?
Kitabaa kana Akkamitti Arganna? Maaloo
Kufaraa saree kookaa whii
Sareen sidha hojiketi dhugumayyu sigube miti kkkkk
🥰😭
Sa milkeessuu
Maaloo kitaaba isaa akkamitti argachuu dandenya biyya bakketti
Mattii naaf ta.iimee bareduu koo 💞💞💞💞💞❤️👌👌
❤❤❤❤❤❤❤📖
🥰🥰👌
😭😭😭🙏🙏🥰🥰🥰🥰
💟💗💓💟💗💓🙏🙏🙏
🥰🥰🥰🥰🥰
💞💞💞💞💞💞
🥰🥰🥰🥰🥰👌👌👍👍👍📖📖☝️
❤❤❤❤❤❤❤❤