Osoo inni haptaamii ta'ee biizii hin taatu turte bada folqee silaa inni abbaa qabeenyaa ta'ee hudduu duubaan fiigdee bultii haa ijaarannu waliin jettee kadhatta bada bacbaaccaa ani nama si sale beeka yeroo jalqabaa suuraa teessan lamaan fidee maxxansa yeroo muraasa booda na eegi
Ani kanan sinjedhu sabirina caarraakeetti fayadami of hin tulini dachas bor soressa tahee argu dandessa waan taheef kan biraammo sabni oromoo kan rabbiin qabeenyaafi jalala sabaa oromoo qabdan dachasiin bira dhaabadhaati sirbasa akka sirbu godha isin jedha
Dhalaan duranuu yom jalalati amantii yoo duniyaa qabatee malee
Noo
B.❤
Maali sila hin Baredule intali fokistudha dhirii wididha
Dhugaa rabbii dubaachuuf bayyee garaa nama nyaataa hubaadhuuf sabrriyyee please
Abboo hogu Partii sadaffaa 3/ oso Eegga jiru wal-anso Eegaltee 😅😅😊
Jaalalti dirqiin hin taatu namni fedhee nama hin jaalatu itti dhiisaa waan jaalalaa
Wan ajaibaa ti waly
😂😂😂jaalalti fala gooytati yoo itti heerumte maal qaba
Sabrina's badii hinqabduu ammalee dirqiin wanni ta.u hinjiruu
Wamichaa siifgodhanii dhayxee saniif falaattomii
Isiin Sila Akkamitti guyyuma Tokkoon jaalatti jedhan yaadan😎
Osoo inni haptaamii ta'ee biizii hin taatu turte bada folqee silaa inni abbaa qabeenyaa ta'ee hudduu duubaan fiigdee bultii haa ijaarannu waliin jettee kadhatta bada bacbaaccaa ani nama si sale beeka yeroo jalqabaa suuraa teessan lamaan fidee maxxansa yeroo muraasa booda na eegi
kan nama dinquu oromoon hojii dhabdee oduu beeraa dhageeffattu maal jennaa
Kan arraa dhabeess Boruu nii arkatta bekkii sabrii
Wani gudan wanuma rabbii ja'etuu taha kan boru rabbitu beka wan ta'eef
Dogongorii gudan sabriinan OBN irratii dhiyachu ketii walih
Wly wan haga haraa madalee kesaa jirenyaa kiyaa kan kesati warii shamarani yo dhirii oneraa jalatee isinif hin galuu nama onee xinodhan jalatuu barbadan ayii hojii dubartii
Hiyyeessa tahuu koo hin jedhin.Qabeenyi jaalala hin murteessu.Dubartiin bareedduun hedduun dargaggeessa fokkisaa meeqa jaalatu.of underestimate hin godhin.
Garuu Ijoolleen kun wol fuudhu qabu
Sure dachaas famous ta'uu barbaada
Wly wly Sabrina wanin an akka obolesatii sii dhamuu muca kanaa si jalatee attis jalachu qabaa maliif jaltaa namuma Isaatiin jalachuu qabdaa isaattii hin Gafiin
Dhaalna miilaa tokko qaba gaaru miliyeen tokko qaba yoo jette siraa hin haftuu
Oromo ko matti na ta,aa
Please atillée maatii naaf ta'i