- 94
- 395 390
Ado Tube
United States
Приєднався 20 кві 2021
Welcome to Ado Tube channel!
Ado Tube - react to the Ethiopain Oromo funny videos and more...
Ado Tube - react to the Ethiopain Oromo funny videos and more...
🔴Sabrina fi Dachas wal lolan - Waan Hiyyeessa ta'eef na didde! Yeroo Jaalalaa OBN
🔴Sabrina fi Dachas wal lolan - Waan Hiyyeessa ta'eef na didde! Yeroo Jaalalaa OBN
#afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, #hirkoo
#afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, #hirkoo
Переглядів: 17 151
Відео
🔴Habtamu lamu Jawar mohamed Gingilche! Itiyoophiyaa Bulchuu Barbaada |Qaanqee Show
Переглядів 2019 годин тому
🔴Habtamu lamu Jawar mohamed Gingilche! Itiyoophiyaa Bulchuu Barbaada |Qaanqee Show #jawarmohammed #habtamulamu #gingilchaa #qaanqeeshow Jawar Mohammed Interview 2024 #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, si...
Kenenisa Bekele - Jawaar Muhammad Waa'ee Lammaa Magarsaa Dhugaa Jirtu Dubbate!
Переглядів 86612 годин тому
Kenenisa Bekele - Jawaar Muhammad Waa'ee Lammaa Magarsaa Dhugaa Jirtu Dubbate! #jawarmohammed #lemmamegersa #kenenisabekele #afaanoromoo #hirkoo #oromo Oromoo | Oromo | Oromiyaa | Oromia | Wallee | Walleelee | Sirba | Sirboota | Afaan Oromoo | Oromo Music | Aadaa | Ragaa MEDIA | Sirba Durii | Sirba Haaraa | New Oromo Music | Midiyaa | Ragaa Midiyaa | RagaaMEDIA | Vision Entertainmnet| Komeedii ...
Dubartoonni hundi na jaallatu - Saidoon waan hin eegamne! Afaan Oromoo
Переглядів 16419 годин тому
Dubartoonni hundi na jaallatu - Saidoon waan hin eegamne! Afaan Oromoo Afaan oromo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, oromo comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, ethiopia, new oromo music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, filmii, hirkoo
Jawaar Muhammad hin gaabbu - Haacaaluu Hundeessaa osoo hin ajjeefamiin dura!
Переглядів 3 тис.День тому
Jawaar Muhammad hin gaabbu - Haacaaluu Hundeessaa osoo hin ajjeefamiin dura! #jawarmohammed #hachalu_hundessa #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, #hirkoo
Viidiyoowwan Namoota Hedduu Ajaa’ibsiise Fi Rifachiise - Isa Rata Waan Hin Eegamne!
Переглядів 180День тому
Viidiyoowwan Namoota Hedduu Ajaa’ibsiise Fi Rifachiise - Isa Rata Waan Hin Eegamne! Ethiopian UA-camr creating entertaining content for the Oromo Community and more Afaan Oromoo Funny Videos Reaction #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, #ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa...
Hirkoo Fi Tiyyaa - MaKii Fi Ibsaan Nu Addaan Hin Baanu! Jaalala Dhugaa |Afaan Oromoo
Переглядів 21114 днів тому
Hirkoo Fi Tiyyaa - MaKii Fi Ibsaan Nu Addaan Hin Baanu! Jaalala Dhugaa |Afaan Oromoo #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, #ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, filmii, #hirkoo
🔴Salphina Artistoota Oromoo - Waan Hin Eegamne! Qaanqee Show
Переглядів 15314 днів тому
🔴Salphina Artistoota Oromoo - Waan Hin Eegamne! Qaanqee Show #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, #ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, filmii, #hirkoo
🔴WBOn Finfinneetti Waan Hin Eegamne Fi Gammachuu Ummataa!
Переглядів 35414 днів тому
🔴WBOn Finfinneetti Waan Hin Eegamne Fi Gammachuu Ummataa! #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, #ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, filmii, #hirkoo
🔴Salphina Murti Guuto Fi Muaz Mohamed - Video Biraa Kan Gadhiifame!
Переглядів 61821 день тому
🔴Salphina Murti Guuto Fi Muaz Mohamed - Video Biraa Kan Gadhiifame! #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, #ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, filmii, #hirkoo
🔴Viidiyoon biraas jira! Anumatu Godhe - Muaz Mohamed
Переглядів 24 тис.21 день тому
🔴Viidiyoon biraas jira! Anumatu Godhe - Muaz Mohamed #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, #ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, filmii, #hirkoo
🔴Kara Deemaa - Mansuur Jamaaliif Gaaffii Gaa'elaa LIVE Irratti!
Переглядів 21021 день тому
🔴Kara Deemaa - Mansuur Jamaaliif Gaaffii Gaa'elaa LIVE Irratti! #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, #ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, filmii, #hirkoo
Ani ofiikooyyuu Oromoo Caalaa Jaalladhu!
Переглядів 3,9 тис.Місяць тому
Ani ofiikooyyuu Oromoo Caalaa Jaalladhu! #afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, #ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, filmii, #hirkoo
Obbo kadir Juhar Yeroo 4 Du'a Irraa Hafeera Fayyisaa Furii! HIR-KOO
Переглядів 179Місяць тому
Obbo kadir Juhar Yeroo 4 Du'a Irraa Hafeera Fayyisaa Furii! HIR-KOO #kadirjuhar #fayyisaafurii #hirkoo #afaanoromoo #oromomusic #oromocomedy #sonatakele Afaan oromo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, oromo comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, ethiopia, new oromo music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok, oromo news, sirba afaan oromoo haara...
Mensur Jemal Maaltu Mudate |Funniest Afaan Oromo Music
Переглядів 92Місяць тому
#afaan_oromoo, funny video, obn, omn, ebs, oduu, #oromo_comedy, new oromo drama, funny video ethiopian, #ethiopia, #new_oromo_music, mezmur, manzuma, faarfannaa, walqunnamtii saalaa, baacoo, qoosaa, oromo tiktok 2024, oromo news, sirba afaan oromoo haaraa, filmii, #hirkoo
Seeneet Gizaachoo Akka Addunyaatti Qabxii Olaanaa - Ibsisha Fi Makii Oro Ni Gaddan!
Переглядів 400Місяць тому
Seeneet Gizaachoo Akka Addunyaatti Qabxii Olaanaa - Ibsisha Fi Makii Oro Ni Gaddan!
Tadele Gemechu(Bocho Bilaan) Yeroo Hundaa Anaaf Tokkoffaadha Seenaa-Dr Hayilee Fidaa |Gammadaa Show
Переглядів 297Місяць тому
Tadele Gemechu(Bocho Bilaan) Yeroo Hundaa Anaaf Tokkoffaadha Seenaa-Dr Hayilee Fidaa |Gammadaa Show
Rache Fi Solan Waan Hin Eegamne - Dubartii Tana Dhaabsisuu qabna!
Переглядів 539Місяць тому
Rache Fi Solan Waan Hin Eegamne - Dubartii Tana Dhaabsisuu qabna!
Video Namoota Hedduu Rifachiise - Mensur Jemal Waan Hin Yaadamne!
Переглядів 578Місяць тому
Video Namoota Hedduu Rifachiise - Mensur Jemal Waan Hin Yaadamne!
Ganii Oro Waan Onnee Nama Tuqu Dubbatte - Hirkoon Hin Boo'ee!
Переглядів 456Місяць тому
Ganii Oro Waan Onnee Nama Tuqu Dubbatte - Hirkoon Hin Boo'ee!
Cidha Ajaa'ibaa - Dr Gammachuu Magarsaa Waan Hin Eegamne!
Переглядів 351Місяць тому
Cidha Ajaa'ibaa - Dr Gammachuu Magarsaa Waan Hin Eegamne!
Gege Kiya Fi Maki Oro - Viidiyoo Ajaa'ibsiisaa! |Hirkoo
Переглядів 7162 місяці тому
Gege Kiya Fi Maki Oro - Viidiyoo Ajaa'ibsiisaa! |Hirkoo
Galaanaa Gaaromsaa - Ittiiqaa Tafarii - Irreecha Baranaa Irraatti waan Ajaa'ibaa!
Переглядів 4 тис.2 місяці тому
Galaanaa Gaaromsaa - Ittiiqaa Tafarii - Irreecha Baranaa Irraatti waan Ajaa'ibaa!
Sona Takele Akkuma Hachalu Dhabuuf - Mensur Fi Rachen Waan Hin Eegamne!
Переглядів 19 тис.2 місяці тому
Sona Takele Akkuma Hachalu Dhabuuf - Mensur Fi Rachen Waan Hin Eegamne!
Waan hin eegamne - Hamzaa Booranaa fi Lammaa Magarsaa!
Переглядів 4842 місяці тому
Waan hin eegamne - Hamzaa Booranaa fi Lammaa Magarsaa!
Andualem Gosa Hisiisuuf - Habtamu Lamu - Shimallis Abdiisaa!
Переглядів 3202 місяці тому
Andualem Gosa Hisiisuuf - Habtamu Lamu - Shimallis Abdiisaa!
Wabii Haacaaluu Hundeessaa - Aslii Fi Dassuu Amboo Irreechaaf - Waan Hin Yaadamne!
Переглядів 1922 місяці тому
Wabii Haacaaluu Hundeessaa - Aslii Fi Dassuu Amboo Irreechaaf - Waan Hin Yaadamne!
Dandeettii Namoota Ajaa'ibsiise! Bilisummaa |Hirkoo
Переглядів 2832 місяці тому
Dandeettii Namoota Ajaa'ibsiise! Bilisummaa |Hirkoo
Way jireenya bar bro koo Nama barbaadde argachuufi qarshii qabaachuun dirqama keeti, maallaqni kan atin barbaadu malee kan si barbaachisu siif hin fiduu .. zEro tahuun nama si barabaachisu jireenya keetiif siif fida So be funny with what you have Anatu nuuraleyni wahiin siif barbaadaa daddabi akkasii sana jallachuu keetiif aniyyu siajaaibsiifacha turee !!
Garuu ani waan kana prank tahuudhan shakke wallaah😂😂😂😂😂😂?
Dhiisi maalo tana dhalan guute bar
Dachaas akkasitti hin yaadin namni na Olii ni jira jittee hin yaadin namni kan wal Caalu sodaa Rabbii qofa
Dhugaa rabbii dubaachuuf bayyee garaa nama nyaataa hubaadhuuf sabrriyyee please
Noo
Kan arraa dhabeess Boruu nii arkatta bekkii sabrii
Oromo ko matti na ta,aa
Please atillée maatii naaf ta'i
kan nama dinquu oromoon hojii dhabdee oduu beeraa dhageeffattu maal jennaa
Abboo hogu Partii sadaffaa 3/ oso Eegga jiru wal-anso Eegaltee 😅😅😊
😂😂😂jaalalti fala gooytati yoo itti heerumte maal qaba
Hiyyeessa tahuu koo hin jedhin.Qabeenyi jaalala hin murteessu.Dubartiin bareedduun hedduun dargaggeessa fokkisaa meeqa jaalatu.of underestimate hin godhin.
Sure dachaas famous ta'uu barbaada
Garuu Ijoolleen kun wol fuudhu qabu
Isiin Sila Akkamitti guyyuma Tokkoon jaalatti jedhan yaadan😎
Wani gudan wanuma rabbii ja'etuu taha kan boru rabbitu beka wan ta'eef Dogongorii gudan sabriinan OBN irratii dhiyachu ketii walih
Wly wly Sabrina wanin an akka obolesatii sii dhamuu muca kanaa si jalatee attis jalachu qabaa maliif jaltaa namuma Isaatiin jalachuu qabdaa isaattii hin Gafiin
Dhaalna miilaa tokko qaba gaaru miliyeen tokko qaba yoo jette siraa hin haftuu
Jaalalti dirqiin hin taatu namni fedhee nama hin jaalatu itti dhiisaa waan jaalalaa
Ani kanan sinjedhu sabirina caarraakeetti fayadami of hin tulini dachas bor soressa tahee argu dandessa waan taheef kan biraammo sabni oromoo kan rabbiin qabeenyaafi jalala sabaa oromoo qabdan dachasiin bira dhaabadhaati sirbasa akka sirbu godha isin jedha
Sabrina's badii hinqabduu ammalee dirqiin wanni ta.u hinjiruu Wamichaa siifgodhanii dhayxee saniif falaattomii
Osoo inni haptaamii ta'ee biizii hin taatu turte bada folqee silaa inni abbaa qabeenyaa ta'ee hudduu duubaan fiigdee bultii haa ijaarannu waliin jettee kadhatta bada bacbaaccaa ani nama si sale beeka yeroo jalqabaa suuraa teessan lamaan fidee maxxansa yeroo muraasa booda na eegi
Wly wan haga haraa madalee kesaa jirenyaa kiyaa kan kesati warii shamarani yo dhirii oneraa jalatee isinif hin galuu nama onee xinodhan jalatuu barbadan ayii hojii dubartii
Wan ajaibaa ti waly
Dhalaan duranuu yom jalalati amantii yoo duniyaa qabatee malee
Maali sila hin Baredule intali fokistudha dhirii wididha
B.❤
Hunda ol jaaladha uumma koo
ado waan bayyee nama booharsuudha
Akkasii kino soolii
Dhugaa rabbii waan bareedaa dhiyessitaa ammalee jabbadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Qeerrummaa
Ado matti na ta,ii
Dhiirummaa qabdaa
Jabadhuu
namuu akka barbaadetti dhungatuus haadha manaa tahuu qabdigaaa malee dubaruma arge hunda dhungatuun sirrii miti
😅😅
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤕
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
❤ 17:33
Innis maalif dubartoota biraa deemee wan baheef dhisee fardii harree jaalla oluu dhuufuu baraa jedhaan
Dhugaa keti maki argaa isi walayi
Siridha.nani.nama..nyataa
😭😭😭😭😭😭
Abbo rabbi sodadaa haswaa biraa hin qabdanii
Making wawwwwwwŵww❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉mahiye jabadhu
Umattaa rukutama muccaa qacallee umriin kun wa meqaa qabaa inii gobazindha wallyii du.yyii godhafii😢😢 miskin
😭😭😭😭😭😭
W🙈🙈🙈🙈
Dhugaa ketii ❤❤❤❤❤ obolesaa koo galtomaa