Oromon Afaan qaba aadaa fii duudhaa safu, Amantaa, Seeraa fii Heera sirna Gadaa, ummata saba ballaa. yoo waliigalle, dhugum biyya taana! Biyya guddaa biyya kabajamaa! Wal ballessu hinwayyu maaloo! 🙏🏾 Galatomii Adam kenya you are great much love from Jimma Oromia ❤️💚❤️
Dhugaa keettii gallattommii jabaadhuu Yaa saabaa ofii
Adem Mohammad Hojii bareedaa nu dhiheessitef galatoomi.Muuziqaan Oromoo boqonnaa haaraa keessa jiraachu hubanna.ammallee itti nu jabaadha.
Welcome Adeeroo
Dr asi jirtuu ❤💚❤
boo mee share godhika 1M gashinaa Dr keenna
Adem abba koo😀 Wow sirba bay'ee bareeda warabi qulqulluu dhan❤ jabadhu
Pls
Rirati irati hojadhu kaa
Waaaaaw
Osoo tokkoomne OROMIYAAN BIYYA dhugaa jette umrii dheeradhu jabaa keenya💓💓💓💓❤❤
yes oromiyan biyyaa
I am from somaaliya🇸🇴🇸🇴
Best"music oromoo💕🙏
Thanks bro
Thank you so much bro
Ninkaan wa inaa adeerkey lkn af oromo ma aqaani mana qorikaro
Oromoo koo love you 🇸🇴🇸🇴❣💚❣
Thanks u all for your comments, watching and reaction. Your comment make me strong for my next work. I proud of u 🙏🙏
Good job. Jabaadhu.
Jabadhu jabako hojii adda ti siribaa yaroo isaa egatee dha
Jabaadhu qomookoo❤💚❤🙏
Baayyee namatti tola. Jabadhu.
Wwww aboo galatoomi jabaa namaa ijoolleen oromoo like godhaa 1m hagalchinuu
Jabadhuu ilmma gujii gurachaa sibira jirra adem Mohammed
Tish ilma gujii qofa miti ilma oromooti
wow wooow viidiyoo baay'ee bareedaa dha jabaadhu ADAM KEENNA
I am from Somali I love oromo music &people💕🤗😊😏
Baayy'ee baayy'ee baareedda sanyii ofii jabadhu!!!!!
Tokkummaan humna! Adem, guddaa galatoomi sirba hedduu namatti tolu! Vision entertainment waraabbiin keessan ajaa'ibadha. Jabaadha!!!! Tokkummaan yeroo kam caala amma nu barbaachiseera.
Woow Tana Qawween Akkana Kunoo Tokkummaa Qaabachuun Humna Keenya Yaa Oromoo, waal Doorsiisuu irra Diina Doorsisuu irratti haa hojjannu Yaa lammiitoo
Jabbaa koo jiradhuu sanyii motii jiradhuu
Wowow ❤🌳❤💯✔ nuf jiradhuu Korma koo ❤❤❤ yaa lammii koo garii kee hawwii ammaa....
Whwww baye.ee namtti tola jabadhu Adam Lencaa koo galtoomi
Jabadhuu jaba of abatuu jabefataa jabadhu gota koo Adem Mohammad 🍎🍎🍎
Sirbaa bayyee bareedduu jabadhu
maatii naf ta.aa anis sinifaan ta.aa yaa ijoolee biyyaa kootii hundumtuu Hadhoo kootii
Wooow hadduu namati tolaa ittiii muddii sanyii kiyyaa
Wow Adem bayyee baredaadhaa nutiis kanummaa sirraa egaa turree bagaa itti cabsittee bayyee galatimmii my bro ko 🇧🇫💪🏿💔🙏📷
Wow baay'ee namatti tolaa mee Namni akka koo jaallatanu like tuqaa??
Bayyee bayyee namti tolaa jabadhuu Adam
baayyee bareeda jabaadhu Adam keenyaa isinis warri vision entertainment hedduu galatoomaa❤💚❤️ keep shining🔥
Gooticha keenya hedduu galatoomi.
Kana caalaa immoo jabaadhu
galatoomi!!!!!
yoo walii galteen jiraate Oromiyaan biyya
Neenqa nama❤😍😍😍
Mataa dhiiraati jabadhuu💪💪
Dhugaa Bayee
Garii dha
Sirbii👍
Adem nuf jiraadhu 🙏
Thank you Adem💚❤️💚💯
sirba ajaaibaati. Horii buli aadam keenya.
በጣም አሪፍ ነው ደስ ይላል
Bro love you. I wait tomorrow reaction
@@oro298 በደምብ እንጂ
@@Marufa_B ❤️🙏
Galatoom♥️🙏
Wow Adam Heeduu namati Tolla jabadhu sanyi koo ❤❤💚💚❤❤ Bariin baarii Billisumaa ✊✊✊nuuf haa tatuu insha Allaha ☝☝☝☝
Wow best oromoo music mammee kashti
itti muddi korma koo oromoo koo jabaadhu iji hamtuu siin argin live long for ever with you
Amshire oromo tokoo Tayee akaa oromiyaa biyyaa godhuu abdii qabaa🌹💚🌹💚🌹💚🌹💚🌹💚🌹😍😍😍👌👌👌👌
Weelluu kee hedduun jaalladhe. Weelluu tokkummaa sabaa lallabu! Aartistiin akkasitti otoo nagaa, jaalala fi tokkummaa lallabee gaarii ture. Weellistoonni biroos paartii irraa bilisa tahuu qabu. Aartistiin akka uummataatti rakkoo saba dubbata malee gareef hin hiriiru. Atimoo jabaa kiyya buli❤
Wowowowowow Amazing music OROMOO ❤💚❤🐅🐅🐅🐅🐅🐅
Wwwwwwwwww namatolaa oromooo koo sabaa koo bagumaa isni keesssaa bahee oromomani badhasaaaa❤❤❤💚💚❤❤❤❤🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫
Wooow 1ffaa dha!
Video quality 100%
Baayyee namatti tola Rikaardii cabsuu qaba share godhaa waliin gayaa please oromoo koo!
በጣም አንድነትን የሚሰብክ ዘፈን ነው እናመሰግናለን
Vision entertainment♥️
Best amazing🎶🎼🎧🎤 osoo tokkoomnee oromiyaan biyya! ♥️💚♥️🙏
Aduu jabaa ilma Oromoo♥️. Muuziqaa sadarkaa isaa eeggateedha. Walleenkee dubbii qe'ee keenyaa nutti hima. Ulfaadhu qaalii Oromootaa!
Si jaallanna yeroo hundaa!
Jabadhu
Adem ilmaa gujii girja sirba bay'ee baredaa hojjatee .
Welcome back again lenca fakki nama lenca Saanyii Hacee ilmma saba like me ✊✊✊🌳
wow! hojii baay'ee midhagaadha, jabaadhu leenca sabaa
Lallabadheera wow 👏 adem heduu dandeeysa wow wow oro
I am from OROMO ♥️💚♥️
Oromiyaa biyya
C'est très beau music OROMO ♥️💚♥️🎶🎶
itti muddii
Best Oromo Music
Video Quality 100/100
Director 100/100
Camera Man 100/100
Colour 100/100
🔥♥️
Welcome
Adem hajjii garii jabadhuu
Republic of Oromiyan must
Oromon Afaan qaba aadaa fii duudhaa safu, Amantaa, Seeraa fii Heera sirna Gadaa, ummata saba ballaa. yoo waliigalle, dhugum biyya taana! Biyya guddaa biyya kabajamaa! Wal ballessu hinwayyu maaloo! 🙏🏾
Galatomii Adam kenya you are great much love from Jimma Oromia
❤️💚❤️
Osoo tokkoomnee Oromiyaan biyya harmee tiyya ..tokkummaan humna Oroo...Oroo ..Oromiyaan biyya🖤❤🤍
jabadhu bareedakoo ❤🌳💚💛 ❤❤❤❤
Yaa lammiiko gaarikee hawweera galatoomi adamkeenya❤💚🙏
Wowow akkami bareeda nuufi jiraadhu bro
ጥሩ መልእክት ያለው ገራሚ ስራ ነው!
Hedduu hedduu nama toola ❤💚❤
Best music Adam Mohammed 🙏
Oromiyaan Biyya! grt
wel come.we respect u
Adam koo baga ngy naf dhuftee❤💚❤💞💞💕💕💕
Wwwoo qalii kenaa jabadhuu 🥰🥰🥰👌👌💪💪💪
Woow Abbaa Gadoo
Bareeda dha jaba keenya!!!
wawo good job 🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩utuu tokkomnee oromiyaan biyaa nu jiraadhuu ilmaa Sabaa
Jajabaa naama baayee naamatii toolaa
Jabaa.koo
WOW baayyee namati tolaa jabadhu❤️💚💪💪👍👍
vision keep up the good work
This guy has amazing talent and Energy love it and sirba baay'ee bareedu Adam kheenya jabaadhu 💖💖💖💖
Sirbii kunii yeroo isaa eggatee dhufee jiraa share waliif godhaa jajjabeessa
Oromiyaa biyya oromiyaan tiyyaa ❤❤❤❤
I am from Sudan Khartoum 🇸🇩
I am oromo first love you oromo ❤💚❤
Jabaadhu baayyee namatti tolam💉yoo namni ittin fayyuu jiraateef limoo sirrii laateef.
Humnnii Humnaa…///🐣🐣🐣🐣🦍🥰 amazing clips
Respect for You Ade!
Jabbadhuu jabaa koo!
Oromiyaan Biyyaa!
welcome back our hero
Baga nagaan dhufte lafee dugdaa Aartii oromooti ati jabaadhu like godhaafii oromookoo
We love you 😍
braaaaavvvvooooooo!!!!!!
Amazing Music i am Proud of You💪💪💪💪💕💕💕💕
Anii 1faa kanaa like godhee waqa 🤩🤩🤩🤩
wawwwwww baay'ee namattii toolaa nu jabadhuu atti gotaa koo qaalii keenyaa nu jiradhuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
jabadhuu korma koo baay'ee si jaalanna
Woow Dhugaa Hojii Gaarii Hojjatte Baayye Sijaalanna Baayye Sikabanya Umrii Dheertuu Nuuf Jiraadhu
Wow best music
Go ahead Adam
Yaroo heddu iraa defadha jira
Oromiyaa biyya beautiful oromo music 🎶 ❤💚❤🕳
WOW!!!!
Video Quality 100/100
Director 100/100
Camera Man 100/100
Thank you Adem
"Oromiyaan biyya." Kanuma dubbiin♥️💚♥️
dhugaa jedhii
Wow wow wow Galatomi Dhugaa Waqaa Best Music 10q Brooooooo Koo
Woww 👏 🙀
❤❤💚💚❤❤
Adem Mohmmed galatoomi sirba hedduu namatti tolu thanks👈❤
wooow waan aja'iba nama tola vision #galatoma 4 this amazing video quality
Sirbii bareedan akkasii view isa maliif 1m senuu dadhabee
Nuuf jiraadhu leenca kiyya.
Itti girrisuun amma kaa💕❤🙏
sirba ajaa'ibaati!!
like.like,,,,,,,,,...