Jamaal Beekumsi rabbi kenneefi akkasuma muuxannoon inni adeemsa hojii keessatti argatte guddadha. Amallii fi deeggarsi namummaa inni taasisu nama ulfaataa Isa godha
Amma isaan jedhan kana miti Garu yoo akka carraakee yoo Waqayyoo nama gargaree dhukkubotaa xixiqoo irraa yaluu dandahaa sababin isaas Ani T10,T11,T12 spinal cord injury yalamuuf demeen Ture Garu ..... Naf hin milkofneeeeeee
oso dhukkubakee hin barin isa bira ga'uu qofaf qarshi 2000 an demee argera.achi yeroo gessumo qarshi ati gaafatamtu baay'ee ulfatadha hiyyessi achitti gargaramu hin danda'u Daspora male kun immoo ija kotin kanan deme argedha.dursa kan kennamuf waarra qarshi guddaa kafaluu danda'anidha.Akka midiyaa irraa dubbatamu miti.kan hin qabne akkasumatin gargara inni jedhu soba.hamma kana hin qabdu tanan deemi sin jedha.yeroo duranis fuula midiyaa duratti namoota kafalachu hin dandenye tolan gargara jedhe yeroo namotni akkasi isa bira deman hin danda'amu deema jechaa ture.kanaf waan gochuu hin dandenye midiyaa irratti dubbachuun garumaa hin qabu sobuun cubuudha.sa'ati hojii isati iyyuu nama kabajuu hin dandenyeedha namichi.
Adaara waaqayyoo soba adii hin sobiina namichii kun fayyiisu mitiiti ciraasayyu ittu ballessa an nama Sadiin breka qabataamatti Video kana argiine deemne garuu jijjiiramni tokkooyyu hin jiru isayyu nama tokkorra qarshii kuma jaatama, Kuma shantama qarshii akkaasi gaafata warri deemuf yaada qabdaan ela qarshii keessan ofuma akka hin nyaatamne dhugaan jiru kana
Qarshii duurseeti namarraa fudhata. Sanaan booda beellamaan nama deddeebisa jedhani. link kana jalatti qsbsiise keessatti comment namoonni isa bira deemanii rakkoo isaan quname dubbisaa
Jabaadha jabaa nama waaqayyo sii ebbise harkaakeen hojjeeta jira🙏
Hojii guddaa bara 2017 Galatooma Habtee fi gareen keessan waliin🙏!!
Dr. Waaqni siif haa dhaabu, jechi biraa hinjiru!!
Eebbifamaa dokter jamaal abduu
Habtamu eduu galatomi
Maloo bilbilaa sa?
Habtteekoo baayye galatoom waan tokko qofa ittinuuhimi Akkaataan isaan itti geggeessan sun sirrii akka hinttaane 1fa akkaata seenssa isaatiin galmmeessu dhabuu 2fa laakkobssa kennanii laakobssa sanitti fayyadamuu dhuu hojjataa danddeetii hinqabnne achi kaayuu 3fa lakkaa naamusnni kuni sirriimiti yoojennu tole hinsireefanna jedhanii hujiirra olchuu dhabuu kanaaf kana fakkaatu waantaheef itti nuuhim dhiifama woliin
Kadhannaan waaqayyoo nama fayyise hin jiru.
Kanaaf Sirna Faranjii kan kadhannaa dhaadhessu kana osoo dhiiftani gaariidha. Ogummaafi dandeettii ummataan itti tajaajiltu kana kennaa waaqni ittiin na badhaase ji’ii dubbadhu. Kadhannaan Amantii Arabaafi Farajii isaaniifuu akka humaa hin buufne baraniiti barnoota barachuutu dhala namaa fayyadaaf barachaa jiran.
Irra deddeebitee Horii siif kafalamuuf Maqaa Amantii sobaatiin ummata keenya dogoggorsaa jirtu kana osoo dhiiftee baayye gaariidha.
Jamaal Beekumsi rabbi kenneefi akkasuma muuxannoon inni adeemsa hojii keessatti argatte guddadha. Amallii fi deeggarsi namummaa inni taasisu nama ulfaataa Isa godha
Lakofssa bilbila akemin argena
Doctooriin haa galatooman jechaa atis Habtee galatoomi. Isaan diina dhukkubaa fi fira dhala namaati. Teessoo isaanii magaalaa Finfinnee keessa ta'ee bakka kam akka ta'e nuuf barreessaa. Galatoomaa.
Wow ❤ Sodda Jabadhu biyyaa kees yaadadhu ❤🙏
Bilbilaa fi bakka nuuf maxxansi
Dr jamal akkamin argatanii bilbilaa isaa belamafii
Waaqayyoo sii haa Eebbisuu 🙏🙏 Kun namoota dhukkuba kanaan rakkaataniif oduu Gammachu guddadha.
Dhugaa dubbachuuf hojii addaan dhuftan . Habtish galatoomi.median biyya kana waggaa meeqa taa'e osoo hin dubbisiin ati uummata keenyaa waliin wal nu barsiiste nama jabaa kana. Galatoomi Habtamu team kee waliin
Wow nama ajaaibaati❤
Akkamiti qunamu dandenya habtamu
Jabtaamuu jiraadhu Ogeessa ajaa'ibaa nuuf dhiyeessitee maaloo bilbila isaanii nuuf barreessi.
Lokofsa doktor jamali abdu nu kayi me
Waaqayyo dadddabalee isaan haa eebbisu
waqayyootu Nama fayyisa jechi isaan jedhan sirriidha /obbo jamal Abduu Galatooman jedhaan.
Waggaa dura Seifu Show irratti dhihaatee ture. Comment namootaa you tube armaan gaditti post godhe kana dubbisaa.
ጌታ ይርዳቸው
Dhugaa rabbii waan ajayibaa eebifamii habtee koo
Maasha Alhaa baay'ee wani guddadha
Bakka itti argaama isaanii Kolfe k. Betel wereda 7 medaa masgid fula durati argamuu / ashow medaa irraa gara alam bankiti gessu irraatii argamu ykn Meda masgidi bakka jedhu gessani gafachu dandesuu
Bilbilaa Obbo Jamaal Abdo nuuf ka'a
Welcome jabaadha Oromo koo
Ani namiicha kana bira qaaman dhaqe waanan taajabee bahen isiniif qoda ,
1. Jaalqabuuma yeroo deeman namni seeran information nama kenne nama kessumeessuu hin jiru lakk qofa nama kennuu seensa duurattii garuu lakk sanan immoo nama hin galchaani
2. Gaatii kardii jedhaanii qarshii 2000 nama gaafatu kuni mana yaala dhuunfa kam keessatiyyuu hin kanfalamuu isaayyuu kardiin hin jiru
3. Erga sa’aa dheera teesse booda isaa bira sentemoo akkasumattii harkaan tutuqee qarshii guuda nama gaafata hojii qabda jedhe gaafata yoo hin qabne xiqoo hir’iisa inniyyuu 40,000 gad hin gaafatu
4. Qarshii jedhe kana hundaa yoo kanfalamee malee namatti hin bu’u sana booda beelaman nama deedebiisaa hanga namni nufe dhiisuttii nama dedeebiisaa
Isaayyuu guuya jaalqabaa qofa warra haara duura galcha sana booda guuyaa beelamattii namni maqaa nama dhahuuyyuu hin jiru ganama yoo dhaqaanii guyyaa gutu achii ooludha
Waanti media kanarraattii dubatamee hundii sobadha dhugaan jiru kan biraadha waliiyyuu hin argu warra harkaa qaleessaa gargaruu miti qarshiima xiqoodhaniyyuu hin yaalu uttu itti bohan gad darbate aari’a
Qarshii yeroo kanafamuu nagahee hin qabu tapeela hin qabu akka hatuutti qarshii namarraa guura nama rakkiisa
Namoonnii dhaquuf karooraa qabda dursa qulquleeffaadha malee qarshii keessaan hin nyaatamiina ,
Haabatamuu siifimoo gaafiin qaba dhuuguma qaman dhaqxee biraattii yaalamteeta yoo ta’ee waantoota ani bareesse kana hunda argiiteeta kana kana sireessaa maliif hin jenne? Namoonnii hedduun ana dabalatee qophiikee kanarraa ilaalee deemne garuu kana ati dhiyeessitee fi kana achii jiru taasumayyuu waalii hin arguu, maliif soban uumata goowsiituu? Taarii media kanaf kanfalamee ta’u danda’aa qophiin kana qiindeesitaan kan hoojatan garuu uumannii miskiin kun dhukkubsaata meqa meeqaf qabatee dhugaa itti fakkaatee biyyaa fagoorraa dhufe achiittii daraararama jira please waaqayyoon sodaadha
Dr jemaliif umurii dheeraan hawaa
Lakk.bilbilaa obbo Jaamal Abduu nuuf maxansaa argaachuu hin dandeenye.
Rabbiif ja'aa iddoo isaanii nuuf himaa !!
Wow garaa nama nyaata
Jabadha
Wan ajaibati Galatoma
Dr.jamaal haa galatomu teessoo isaanii haa ibsamu
Teessoon essa
Hafatamuu mee dhabataa ijolee hadhaa fi abaa hin qabnee gargaranani biraani naa gahii garsaa motumaa naa barbachisee haftiyee rabiini matii kee irra sii yaa jirachisuu matiini koo nuu ijolee torba nuu dhisaani nuu jalaa boqataani ani siini kee hangafaa bayyeeni itii dadhabee obolaa koti amaa garuu bayyee waani dadhabeefi gargarsaa naa barbachisaa adaraa mootumani akka naa gargaruu naa tasiisi
Maaloo tessoo isaanii nuuf kaa'aa adaraa, galatoomaa
Inqulal fabrikaa gara rufaa'eel
Dr Jamaal you tube irrattiin dhagefadheeraa
Finfinnee iddoo kamii?
Waan bareeda nu dhageessiftan hedduu galatoomaa
!
Kolkollo meti lakkoofsii Dr Jamaal Abduu ? Maaliif ummaaf hin kene ?
Dr Jamaal Haakimummaan kee gaariidhumaa Garuu maqaa Keenya nuuf Deebisi.
Jamaal Jennaan Muslimaan se'ee Edaa Qaaxa pheenxofte?😮😢😢🎉😂😂😂😂😂😂
Maqaan sunis yoo tahee maqaa arabaati. Maqaa akaakilee fi abaabilee keenyaat barreedaa sana nuuf wayya ijollee keenyaaf.Amantiin kan dhunfaati,
maqaan walqabsiisun duruma dogogora guddaa ture. Macaafa qulqulluu kessati maqaa kee jijjiri kan jedhu hin jiru. Qurannis akkasuma maqaa kee jijiiri jedha natti hinfakkatu.
Bilbila Obbo Jamaal nuuf barreessi.
Esati hojtaa
Bilbilaa isaa nuu barreessaa
Haftee maloo essaa idoon isaan yallaa ittii kenanii maloo nuuf baressii
You tube armaan gadii kana banaatii comment keessatti waan barreeffame dubbisaa
Address
Iddoon hojii keessanii eessaa?
Amma isaan jedhan kana miti Garu yoo akka carraakee yoo Waqayyoo nama gargaree dhukkubotaa xixiqoo irraa yaluu dandahaa sababin isaas Ani T10,T11,T12 spinal cord injury yalamuuf demeen Ture Garu ..... Naf hin milkofneeeeeee
Obbo jemaal dhukuba bon TV dhukubsattee kan sibira dhufte BAQALECH kan jedhamtu ni yaadattaa?
Adaraa rabbi ergaa amantaakee jijirtee maqaa kess ofiira jijiiri jamaal maqaa Muslimaa ofiira jijiiri
Dhugaa keeti anis hasaa keessan barbaada jiraa biyyaa lafaa gababduu jedhaani Rabbiiti kafaruun subahanallaah 😢
Adaraa lakofsaa isaani nuufaxxaansa
Bayyee gamadee yaa waqaayyo nuu gargarii
hanga dhumaatti dhageefadha tessoo fi lakk bilbila himme jira
Nama hamma qarshii 250,000 Gaafachuun jira Kun maali Ani ddoo isaa deemeen jira
Idoon esa
inqulal fabirika piyaasa darbite.
iddoo nuuf keena
Rabbii si tisuu
Welcome
Habtish guddaa galatoomi
Midiyaa hawaasaa jechun isa akka miidiyaa keeti rakkina hawaasaa roga hundaan gadi bu'ee gaafate akka ummanni waa barata waa hubatu rakkina isaatif fala argatu godhuudha ulfaadhu!
Itti fufi
oso dhukkubakee hin barin isa bira ga'uu qofaf qarshi 2000 an demee argera.achi yeroo gessumo qarshi ati gaafatamtu baay'ee ulfatadha hiyyessi achitti gargaramu hin danda'u Daspora male kun immoo ija kotin kanan deme argedha.dursa kan kennamuf waarra qarshi guddaa kafaluu danda'anidha.Akka midiyaa irraa dubbatamu miti.kan hin qabne akkasumatin gargara inni jedhu soba.hamma kana hin qabdu tanan deemi sin jedha.yeroo duranis fuula midiyaa duratti namoota kafalachu hin dandenye tolan gargara jedhe yeroo namotni akkasi isa bira deman hin danda'amu deema jechaa ture.kanaf waan gochuu hin dandenye midiyaa irratti dubbachuun garumaa hin qabu sobuun cubuudha.sa'ati hojii isati iyyuu nama kabajuu hin dandenyeedha namichi.
Adaara waaqayyoo soba adii hin sobiina namichii kun fayyiisu mitiiti ciraasayyu ittu ballessa an nama Sadiin breka qabataamatti Video kana argiine deemne garuu jijjiiramni tokkooyyu hin jiru isayyu nama tokkorra qarshii kuma jaatama, Kuma shantama qarshii akkaasi gaafata warri deemuf yaada qabdaan ela qarshii keessan ofuma akka hin nyaatamne dhugaan jiru kana
Oduu
Jiradhu Habtaamu bayee gmaderraa rakoo warra furamiin nudesukuu
Lakkobsa bilbila nuf bareessii Ani mucaa milli ishee jallaten qabaa
Morar Mission
General habtee bagaa gessee maloo kintaroottii dhaf illee nu qoradhuu rakkadhee
Baay'ee bareedadha habtish galatoomii namaa jabaa akkaasii waliin wal nuu barsiisuu keetiif, garuu naannoo bakkii hojii ittii argama saanii eessadha???
Iddoo fi bilbila isaanii
Ritchie Port
Anii hinii amanuu abdanii namnii byenii sexanaa wolinii hojataa anii rabinii habekuu
Iddoooo....... idddddooooooo
inqulal fabirika piyaasa,darbitee.
Sin fayyaadu dhiisi dhugaa baay'eema soba
Waqaayyoo ammas harkaa isaa Dawaa haataasiisu.
Caalaa dagaafa
Dr waaqayyoo umrii dheeraa isiniif yaa. Kennuu .iddoo itti argaman eessaa?? Yoo danda'ame lakk.bilbilaa. naaf. Kennaa anis rakkina akkanaatiin rakkachaaraa
Qarshii duurseeti namarraa fudhata. Sanaan booda beellamaan nama deddeebisa jedhani. link kana jalatti qsbsiise keessatti comment namoonni isa bira deemanii rakkoo isaan quname dubbisaa
Namichi kuni hanga qarshii 100,000 nama gaafata jedhani
Eyyee sirriidha aninimoo 300,000 na gafataan kafaltii yoo tokkon kafalamui
Bilbila nuuf baressi Jeneral
Maali ijooko gatiin galmee qarshii 2000 jechuun maalidha ani kana dhaqeen ijaan argeera dhugaa baay'ee garaagarummaa qaba kan lafa jiruuf oduun 😏😏😏😏😏2000birr
Anis deme argera kun waan dhugaadha.
Strock ni fayyisa moo?
😂😂😂 benxeen Ethiopia 🇪🇹 fudhachuuf demtii waq soba kun
Malii namnii akamitii fysaa shirkii hojataa na alalamii
Lakofesa akamiti arikan
Ar selike edati magegnati enichelalni
Namtichii sobadhaa obolesakoo kumaa 60000 kafalchisee garuu dhukubii sun itumaa hamatee hin sobaa
Yes
Habtish vedio youtube irraati yeroo gadhisnu ofiisa double of godha rakkiinisa malii ..?
Comment you tube armaan gaditti copy link isiniif godhe kana dubbisaa.
Karaa ifa ta'een teessoo fi bilbila isaanii osoo keessanii.
Habatamu maloo contact isaa naf kenni disc lafe
Djibouti irraa si dawaana jiraa
Lakkoofsaa bilbilaa ergii mee
Comment you tube kanas dabalataan dubbisaa. Namichi sobduudha.
Namichi kaazaraa qabatee haasa'u kun erga miidiyaaf yaada kennees dhukkubsataa haaraa wajjin deddeebi'aa jira inni wheelchair irraas achuma jira dubbiin akka miidiyaa irraa miti gaafa dhaqnu hundumti isaayyuu
Bilbilaa isa maloooo
Lakkofsaa isaan eessaa argannaa
Bilbila isaa nuuf kaa'i
Garuu wantii baay'ee namaa gaddisisuu wa'ee d/r jaman kanatii midiyaa irrattii dhiheessee hatamuu lamuu namichaa samtuu kanaa Uummataa oromoo samsisaa jiraa dhugaa waqayyotii haftamuu waajjiin sherii hojjetuu namihi kun midiyaa irratii yala akkaa narvii,kansari,diskii, yalawwaan addaa addaaf yalaa waaggaa dheraaf kenan turee jedhaa turee hata'uu garuu yalaas haa kennuu ,bekumsas haa qabatuu rakkoo hin qabuu garuu yalaaa ennan kennuu gatiin koo madalawaa dhaa ykn immoo namaa humnaa hin qabnee tolaa yallaa jedhanii dhudhufaa turaan haftamuuf d/r jamaal garuu kan namaa gaaddisisuu yaa oromoo nuu keessaa tessee nuu fakkattee kan akkaa sabaa keenyaa sabaa keenyaa nyataa jiruu hin jiruu Anii torbee kanaa keessaa midia irraa ilaleen mee dhugumaa d/ra kanaa ilala jedheen namaa dhukubsatuu fudhee dhaqee.mana yalaa finffinnee keessaa jiruu kamittuu hospitalaa guguddaa jiraan kessattii gatin kardii kuma 2000n ba'uu hin jiruu garuu innii kana nama kanffalchisa ,ergaa isaa biraa seentee dhukkubaa kee itti himtee hojii kee sii gafataa yoo hojii hin qabuu jettee qarshiin inni isaa gadii bu'aa ta'ee sittii himu kuma 30-gadi anaa kuma 100 ,80 60akka kanffala turaan isaa olis akka ta'uu bekama dhaa .Anii namotaa achitti yalamaa turaan gafataan turee namonnii biyyaa fagoo irraa midia haftee ilalani akka dhufaan himuu garuu as ga'anii kan midian himamee fi kan isaan argaan waalii fallaa ta'ee argamee .kan dhisaani biyyaa isanittii baay'ee gaddaa kan galantuu caala kan immoo kan immoo akkaa fedhee haa ta'uu jedhanii waan qabanittii liqeeffatanii yalamuuf jiruu.garuu anan kan na dhibuu midia irrattii ba'anii sobuun sabaa oromoo sobuun,karaa qaxamuraan qabenyaa sassabachuu sanatuu na arsee,Qarshiin atii kanffaltuu galii motummaaf kan ta'uu nagayee tokkoyyuu hin qabuu harkati ykn bankitti accountiti galchitaa bakki isan ittii hojetaan sun beeksisaa ykn tapella hin qabuu haa ta'uu ergaa qarsiin ammaa kana fudhamaa olee maliif motummaaf immoo galiin hin galuu? garuu midia inni dabarsee irraa ilaltanii dhaqxanii halaa achii jiruu akkaa ilaltaan adaraan isinin jedhaa namonnii finffinnee fi nannaa isaa jirattaan .gatiin ummanii keenyaa achittii kaffalaa jiruu kan namaa gaddisisuu dha.kan hin qabnee tolaa yallaa jedhanii cabaa millaaf kuma 45 namaa fudhatee dha.
Fcb irraatilee nuu gaadhisi bakka hundanu namani haa araguu
TEESSOONSAANII EESSA?????
BilbilaaQunnamtii sanii Asirraa nuf kayakaa achumaan wantaa barbachisudhaa Waal jajabeessuun Inni kan degarsaa gararaa gararallee argachuun hin danda'amaa 2ffammo Namoonnii biraa deemuu yalaamuu barbadaanillee jirachuu danda'uu
Namichi qarshii walitti kuufatee gara Ameerikaatti baduuf jiraachuun isaa shakkii tokkollee hin qabu.
Habtaamuu Lamuuf meeqatu kanfalame laata?
Miidiyaan OBN dhugaa jirtu osoo adda hin baafatin akkamiin kana gabaasuu danda'e?
Namni tokko yoo xiqqaate qarshii 100000(kuma dhibba tokko)kanfalaa jira
Kuni safuudha!
Sheyxanaa wolin woli galee hojjata namichi kun
Bakii hojii saani essaa Dha ?
Lakkosaa Bilbilaa sanii nuuf maxaansa