Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
galatoomi Habtish, namoota akka kanaa affeeruu keetif, namoota akkasii waliin haasa'uun gaariidha. namni hundumtuu fuula Waaqayyooti walqixa waan taheef.
Wayyoo mucaa biyyako baay,ee nama bohaarsita❤❤❤
Atii baay'ee namaa gaarii dhaa haftee dhugaa ❤❤❤❤❤❤
Sagallee ishee hedduu bareeda mucaattii🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
mamila ta.i
Uuuuufffffffeeeeee kaa lapheko dhukubee kolfafii. Eebbifamaa eebbifamaa eebbifamaa ❤❤❤❤❤😂😂😂
I like your confidence. Keep it up ❤❤❤
Wow confidence ishee guutuudhaa😊😊😊Maatii naaf ta'amee anis isinii ta'aa❤❤😊😊😊😊
Galata guddaa qabda yaa Habtaamuu Lamuu . Yeroo jalqabaatiif si galateeffadhe .
Dhugaa rabbii Haasaa show dhaaf ta'u bayee dandeessi❤❤❤
❤❤ Asofinshee namati tolaa nama buharisti waqaa 😂😅 dhugaa fataa nagote ofiti amanamumaa kee bayyee natitole ❤❤❤❤ Bonitu intalaa jaabadhu 😊
Habtee keenya Galatoomi dhugaa rabbii
Ofitti amanamumman kee addadha dhugaa ebbifami waaqayoo sihaa gargaaruu❤❤❤
Yeroo haala ishee ilaallu deggeramu qabdi garuu dubbiin afaan isheeti bahu waan nama akka isheerra egamu miti yo danda’ame gorsa amala ishe ha sirreeffattu. akkaata kanaan namni waan gargaaruu natti hin fakkaatu
Haftamu ati begiifhayi gafa atii akkasi jettu bayye natti tolee namoonni mali jedhu betta begii bagii jedhuu begii kessa gafaa namnii akkasi ba,uu natti tolee sababiin isaa iyyu anii mucaa begii sanadha jabadhu
Ofitii amanammumaan. Bayyen jalladham jabadhu waqayyoo jira
mamila ta.o
❤❤❤❤❤❤ere.ijigayo.gara.nufixe
Atii baayy'ee Nama garii dhaa haafte dhugaa 🥰🥰🥰🥰
Uuúfff amashir lubu
Motumaan gargaruu qaba nama akkanaa
Nuuf Jiraadhu dhugaa Qaxalee keenyaa
Habtishaa qaalii oromoon Qabduu keessaa ati ijadha hojiif baay'ee carraaqna garuu ..........?
Goobasii wayii ati jabduudha Waaqayyoo jajjabina siif yaa kennu❤
Habtish koo an baayyeen si ajaayibsiifadha.Akka namoota kaanii namoota bebbeekamoo qofa irratti hin xiyyeeffattu,namoota guddinarra jian jajjabeessuunkee adda si taasisa.ulfaadhu
Baayyee nama tolaa hate Gaalatomii faata nugotee
Eebbifamaa oromoo tiyya maatii naa tahaa❤❤❤
Habtish ulfaadhu hojii gaggaarii hojjaachartu galatoomi
gargaarsa maallaqaa qofa osoo hin taane,danddeettii guddaa qabdi ,kanaaf ogummaa tokkoon akkasheen baatuuf,warreen ogummaa aartii qabdan gara fulduraatti baasaani
Sifaanaa jira habtish kiyaa jabadhu
Amala ishef Hasan ishe gargarsaf fedhi nama chufa addara siradhu jedhanii😅😂😂😂😂
Dhugaa keeti Aniis naati hin tolee
Giftii teenya Rabbii sii waliin haata'u.
Mood nyaachun hin jiru yeroo sanaa😂
Cimaa nmaa jabaadhu bguma dhufte biyya abbaa kee
Habte galatoomi mucaa qqaxalee kana nuufidukeef❤❤❤❤
waw dhugaa nama bohaarsaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Habtishi galatommi
Abtamu lamu das nama jetee Wallahii atiyuu nama kofalchiftaa😅😅
Galatomii Habtish waqayyo sihaa ebbisuu ❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ato ammayyuu gagamadham ajigayyo 😂😂😂😂
adaara haftee ko waa rakkadhen jira Malaa tokko naaf himi
Waaqayyo sihaa eebbisu Habtaamuu Lamuu❤❤❤❤
Eebbifami Habte
Nagan sinif haa bayatu mati naaf ta,a please ❤❤
Waqayyoo si haa ebbisu aftee
Ebbifamii habtee nu jiraadhuu
Kolfituu wayyii das naama jeeti rabbii ummurii sii haa dheresuu
Thnks habtiish namoota akkanaa olbaasuun
Gagamaaf gagammaa walii argatee jetee 😂😂😂😂😂😂😂
Confidencen 100% ka😀
Dr Gammachis Dastaa fidi please Hab
Giiftii kiyya jabaadhu❤🎉❤🎉
anii ishii gargaruun barbaada hangaa humnaakoo dhugaadha rakkiisadha haalishee akkaa dubaatuttiis
Rabbi sii yaa gargaruu dhugaa ❤😢
Wow walalon akkam baredi❤❤
😂😂😂😂rabbiii siiif haa birmatuu dhugaaa
Habtish best keep it up good working
Wowwoo dhugumaa sagaleen ishee barreeddaadha❤
😂😂😂😂
Wayoo yaa qosaa kesaan wayoo waqaayyo siihaa gargaruu oboletiikoo
Habahtuu lamuu jiradhuuu❤❤❤
Waqayyo sii haa gargaruu 😢❤
Garaa nama nyaatti dhugaa! Gargaaramuu qabdi!
Nuuf jiraadhaa ❤️❤️💚💚
Abshiir lubuu tiyaa uuuuuuuuffff 😢😢😢😢😢😢
Habte eebbifami
Akkas qaxalee keenya habtaamuu lammuu
Wow jabadhuu ijigayoo koo❤❤❤❤
mamila ta.i nafi
Inis mudii nyane atis mudii nyaane ammaho nyaate siriti 😁😁😁
❤❤❤❤❤❤❤ 3:41
Ijigayo Jabadhu waqaayyoo siwaliin jira
Amalaa qabetii intalaa ❤❤❤❤❤
ofitti jabduun dhirsa hin dhabdu jedhan
Maashaallaa Maashaallaa Tabaarakallaa Hojii Kee Raabiin Sirraa Haa Jalatuu Osuu Garaa Amantii Musilimaa Nuu Dhiftee Kabajama Namaa
😅😅😅😅😅😅😅😅dhugaama moo isiin bakmaa hundatii amtaan kesaan kadhachaa demituu😅😅😅
Habtish Nama guddaa nama kabajaa abbaa hiyyeessaa nama dagataman fide ifati baastee muldhistuu kabajami
Wan ajaibaa❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤haftishii baye galtoomi
Haftee Eebbifamaa 😊
Ati nama guddaa nama quuqama qabu dha .eebbifami.
Jiruu.Aaftee❤❤
Habtishaa bashaashaa namaa
Gudaa Galtomiii haftee Kenyaa 🥰
Gifti koo kkkk.
Bayee bilbilamaa jetee😅😅😅
Ayiii buchoo😂😂😂😂
Ijigayoo.baredu.koo❤❤❤❤
Wandaboo yoo ufate mal ta,a isatuu sirra bareda jedhin hafte
Wayyoo garaa koo😂😂😂
Welcome jabaadha Oromo koo
Galatoomii ilmaa oromtichaa
Abshir lubbuu waaqayyoo sif jira
Jabadha 🎉❤ 0:34
Safuudha abboo😂😂
Waan barredaa habtish long life
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Muudii maaliin beekaa kkkkkk.......
Jaarsi Maaliif Utaalaa
AGN yes❤❤❤❤❤
Guuda gaaltomi akaas nuu afeeru keef
Ijigayyooo 🎉🎉🎉❤❤❤
Kkkk wayi ijigayyo
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉abshirr. Omamitii😢😢😢😢
Hojii gaariidha warra qaanqee show.
Rabin si ra ha jalatu
galatoomi Habtish, namoota akka kanaa affeeruu keetif, namoota akkasii waliin haasa'uun gaariidha. namni hundumtuu fuula Waaqayyooti walqixa waan taheef.
Wayyoo mucaa biyyako baay,ee nama bohaarsita❤❤❤
Atii baay'ee namaa gaarii dhaa haftee dhugaa ❤❤❤❤❤❤
Sagallee ishee hedduu bareeda mucaattii🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
mamila ta.i
Uuuuufffffffeeeeee kaa lapheko dhukubee kolfafii. Eebbifamaa eebbifamaa eebbifamaa ❤❤❤❤❤😂😂😂
I like your confidence. Keep it up ❤❤❤
Wow confidence ishee guutuudhaa😊😊😊
Maatii naaf ta'amee anis isinii ta'aa❤❤😊😊😊😊
Galata guddaa qabda yaa Habtaamuu Lamuu . Yeroo jalqabaatiif si galateeffadhe .
Dhugaa rabbii Haasaa show dhaaf ta'u bayee dandeessi❤❤❤
❤❤ Asofinshee namati tolaa nama buharisti waqaa 😂😅 dhugaa fataa nagote ofiti amanamumaa kee bayyee natitole ❤❤❤❤ Bonitu intalaa jaabadhu 😊
Habtee keenya Galatoomi dhugaa rabbii
Ofitti amanamumman kee addadha dhugaa ebbifami waaqayoo sihaa gargaaruu❤❤❤
Yeroo haala ishee ilaallu deggeramu qabdi garuu dubbiin afaan isheeti bahu waan nama akka isheerra egamu miti yo danda’ame gorsa amala ishe ha sirreeffattu. akkaata kanaan namni waan gargaaruu natti hin fakkaatu
Haftamu ati begiifhayi gafa atii akkasi jettu bayye natti tolee namoonni mali jedhu betta begii bagii jedhuu begii kessa gafaa namnii akkasi ba,uu natti tolee sababiin isaa iyyu anii mucaa begii sanadha jabadhu
Ofitii amanammumaan. Bayyen jalladham jabadhu waqayyoo jira
mamila ta.o
❤❤❤❤❤❤ere.ijigayo.gara.nufixe
Atii baayy'ee Nama garii dhaa haafte dhugaa 🥰🥰🥰🥰
Uuúfff amashir lubu
Motumaan gargaruu qaba nama akkanaa
Nuuf Jiraadhu dhugaa Qaxalee keenyaa
Habtishaa qaalii oromoon Qabduu keessaa ati ijadha hojiif baay'ee carraaqna garuu ..........?
Goobasii wayii ati jabduudha Waaqayyoo jajjabina siif yaa kennu❤
mamila ta.i
Habtish koo an baayyeen si ajaayibsiifadha.
Akka namoota kaanii namoota bebbeekamoo qofa irratti hin xiyyeeffattu,namoota guddinarra jian jajjabeessuunkee adda si taasisa.ulfaadhu