SIRBII CUBBUUMOO CUBBU MITI? ME ISIIN MAAL JETTUU? FAAR HENOK GEORGE/ BUDDUUSSEE TUBE.

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 6 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 76

  • @TakluJetu
    @TakluJetu Місяць тому +3

    Wanti ulfinni waaqayyoo keessa hin jiree cubbuudha ❤❤❤

  • @AsterYirguu
    @AsterYirguu 2 дні тому

    Egaa nuti namuma mofaa hojii isaa wajjin basnee namumaa haara ufnee jiraa kaanaaf far honek sirbii. Hojii biyyaa lafattii kaanaf cubbudhaa luggan qomoon wal qoddunnuu cubbudhaa kanaaf ini Amariffan barefames. Oromif sagallee waqayyoottu wal qoqoduu irraa goftan nuu olchuu yesus qomoo nuu bekuu Amanuu duwwan fayyinne😢😢😢😢😢😢

  • @TigistuGazzaany
    @TigistuGazzaany Місяць тому +1

    faarfataa heeñok dhugumà jette,ñàmñi si hin hubanne màleessa malee, faarfannaa namaa miidiyaa irratti gadhiisuun abbaa fàarfannaa sana ukkaamsuudha,ofii immoo mul'açhuudha.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Gamaa-yp5zz
    @Gamaa-yp5zz Місяць тому +10

    Heenook yoon sirriitti sihubachuudhaa baadhe dhiifama naagodhi maaloo. Waaqayyoo sihaagargaaru! Anas haagargaaru. Gara Qalbii qajeelaatti yokin afuurri qulqulluu gara yaada garaa Kee jijjiirrachuutti sihaafidu. Lacheen keessan irra dibaadhaan dubbattu. Dhugaa jiru dhoostanii dubbachuu maalif sodaattu? Maalif dhugaa dubbachuuf ofqabdu? Sirbbaafi faarfannaa gidduu garaagarummaa guddaatu jira. Sirbi cubbuudha. Sirbbi uumama biyyalafaa ittiin faarsuuf fayyada. Faaruun immoo Waaqayyoon Ittiin faarsuufi waaqeessuf malee umama ittiin faarsuuf miti. Tarii waan tokko si hubachiisuu kanan barbaadu, faarfannaan waaqayyoo ittiin waaqeessuuf fayyadamnu aadaafi duudhaa (culture and vslue) saba tokkoorratti hundaa'uu danda'a. Dirqama afaaniifi aadaa saba kanbiraa liqeeffachuun fayyadamuu hinqabnu. Chaayinaan, Naayijeeriyaan, Oromoon, Tigreen, KKF akka aadaa ofiisaanitti faarfachuu danda'u. Mee Dubbii Waaqayyoo Keessaa Waa'ee Sirba biyya lafaa gadifageenyaan seecca'ii dubbisi. Please, read and try to understand the difference that is existing between "secular songs"and "spiritual songs"…which one of the two is for worsheeping God? Is it "secular song"or "spiritual song" used for worsheeping God?You've to know that a music and song used for flesh enjoyment is demonic and sinfull. I think you are going to back up soon. Let God Help You!!! Read Galatians 5:19-21; 1 Corinthians 15:33; Psalm 149:3; 2 Samuel 6:14-22( David Worshiped God Not His Wife Michal.) Eeyyee, Daawwit uffatasaa cicciree ulfina Waaqayyoof gadofdeebisee sirbeera. Haatimanaasaas Isa tuffatee itti dheekamteetti. Garuu, Daawwit sirbee Waaqayyoon Waaqeesse malee sheexana hinwaaqeessine . Heenook maal taate, nagaadhaa? Warra Mana daansii( night Club) keessati qullaasaanii sirbaa Sheexana waaqeessan waliin sirba Daawwit walqixxeessitee Ilaaluuf barbaaddaa? Efeeson 5 : 19 - 20 dubbisi mee maaloo. Let God Help You and Bless You!!!

  • @beyenemijutuji8061
    @beyenemijutuji8061 Місяць тому +5

    Gammee, Waaqayyo si haa eebbisu. Mataduree dhimma cimaa kaaftee jirta. Waa'ee "faarfannaa fi sirbaa." Kanarratti naamoota beekumsa gahaa qaban affeeriitii mar'achiisi.

    • @Gamme533
      @Gamme533 Місяць тому

      Kana jechuun garuu Sokkuuf deebuu ko gidduu garaa garumman hin jiruu! Maraatuun waan natti boo'eef malee waan jedhamu nattii fakkateem.

  • @Eluuser-dx5ui5uk3f
    @Eluuser-dx5ui5uk3f Місяць тому +1

    Keep it up, it's a strong idea

  • @tabordabala8895
    @tabordabala8895 Місяць тому

    Heenok gorge saboona Oromoon qabdu keesa toko dha karaa weeduutin heenok u r great man . Keep it up!!!
    Heenok karaa lachuunu ummanni oromo ni dinqisiifanna 💪👍💪👍💪👍💪👍

  • @TekleMitiku
    @TekleMitiku Місяць тому +1

    Yesuus hafuura waaqayyoo osoo hin taane inni waaqayyoodha.

  • @gudatube5855
    @gudatube5855 Місяць тому

    Eebbifamaa!

  • @DejeneDeju-v7y
    @DejeneDeju-v7y Місяць тому

    Ebbifami henok

  • @dejenemekonnin3847
    @dejenemekonnin3847 Місяць тому

    Wow yaddaa bayyee bayyee namati tolu kassatee henok kuni waan annii yaddaa turtee dubbatee wq si haa eebbisuu .
    kanfi remixe suni waan bayyee nama jibisisuu dhaloota ajjeessuu kuni waaldan kiristan irrati qabsahuu qabaa.

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 Місяць тому

    Jaqabaa irraattii isaa akka sensati gootusan hin dheerreessin obboo Gammee❤

  • @lamisafkebedeofficial5177
    @lamisafkebedeofficial5177 Місяць тому +1

    Sirbii cubbuudha! No doubt! Garuu Henook mirgii isaa akkuma eegameetti ta’e! Yaada relative dhiyeessu yaale.
    Waldaan cubbuudha jetti! Tarii inni sababa dubbachuuf Fedha hin qabne qabaachu mala. Ani waan baay’ee dubbachuuf hin fedhu garuu sirbii cubbuudha akka barsiisa Macaafa Qulqulluu ti

    • @dinkisademeke8993
      @dinkisademeke8993 Місяць тому

      Eebbifami ibsa keef, garuu ragaa osoo qabaatee baay'ee gaariidha. Macaafni qulqulluun keenya Rom 14:14 irratti "Ani karaa gooftaa Yesus wanti tokko illee ofii isaatii xuraa'aa akka hin ta'in beekeera, fudhadheeras;namni tokko wanti kun xuraa'aa dha jedhee yoo amane garuu,
      isaaf xuraa'aa in ta'a."
      Walumaagalatti osoo ragaa macaafa qulqulluutin dhaloota hubachiiftanii jechuufani, sababni isaa waldaan kiristaana Ethiopia baay'een macaafa qulqulluura 'comman sense' isa jedhamutti nama guddisti

  • @gamachumalka
    @gamachumalka Місяць тому

    Interesting interview

  • @SaronBoyosa
    @SaronBoyosa Місяць тому +3

    Maal garuu akkamitti sirbi cubbudhamoo cubbu mitii jedhamaa pslam/far 150 guuttumaa isaa dubbisi henok dabalataanis sirbittun moottumaa waaqayyo akka hin dhaalee holy bible dubbata. Kun illee baay'ee doggoggora [sirbii cubbudha 100%] jajjamuun kan maluuf uumaadha malee uumama mitii Tullu,Laga, ---yoo ta'e dhidhimuuf jira kanaaf kirstaani isa hin darbinee jaja malee waan ho'a abbidaattin Wal gadhiisuu kana hin jaju 2peter 3;10

    • @Gamaa-yp5zz
      @Gamaa-yp5zz Місяць тому

      Dugaa Dubbateetta, Eebbifami!!!

  • @BontuTulu-h9c
    @BontuTulu-h9c 3 дні тому

    Sirbi cubbuudha sirba jechuun waanta waaqayyoo bakka hin buunedha kanaaf wal burjaajjeessuun hin barbaachisuu far henook atillee adda baafadhu inni ati farsaa dawwiit jettu dawwit waaqayyoo sirbe male uumamaaf miti ati immoo sirbi cubbuudha kan jedhu kan afaan amaraa irraa jiru qofadha jetta maacafni qulquulluun sabaan addan hin baasne waaqayyoo ayyaana isaa nuuf haa bayy'isuu

  • @GraceHeals
    @GraceHeals Місяць тому +2

    Ephesians 5:19-20 (NIV)
    "Speaking to one another with psalms, hymns, and songs from the Spirit. Sing and make music from your heart to the Lord, always giving thanks to God the Father for everything, in the name of our Lord Jesus Christ.

  • @GalooKD
    @GalooKD Місяць тому

    Baalagee wayyi ati dhalootan kottaa sirbaa jechuu yaadeere

  • @gadisahayilu5689
    @gadisahayilu5689 Місяць тому +1

    Far. Addisuu Wayimaa, Gaaffi kana fakkaatu salphaatti deebise, akkas jedhe: sirbi cubbuumoo cubbuu miti kan jedhuyyu lafa cidha sanatti malee waldaa keessa taa'anii gaaffi akkasii kaasuunuu sirri miti jedhe. gabaabumatti sirbuun CUBBUU dha jechuudha

  • @EmebetGudeta-e6h
    @EmebetGudeta-e6h Місяць тому +5

    Dursa waa'een afuuraa sigaluu qaba ,malee farfachuu miti.ati ammaayyuu yaadan biyyaa lafa keessaa jirta.dhaloota kiristoosiitti deebisuf waldaa qofa miti,namni waa'ee jireenyaa waaqayyoo wajjinii galeef hundu ga'ee qaba.warruumti nama kanaa as baastani maaltu Akka irraa baratamuufi?????

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 Місяць тому +2

    Ayii hennok soddaa namaf jete sirbii cubbu .mo cubbu mitti !!? Hin beekuu
    Jeta😅
    Ani bara qabu sirba ilaalee hin beekuu

  • @bikilafekede5035
    @bikilafekede5035 25 днів тому

    Sirbi Cubbuudha. Sababni isaa Ulfina waaqayyoof miti waan ta'eef.
    Kiristiyaanonni hubachuu kan qabnu Faarfataa Heenok Sirbi Cubbuudhas Cubbuu mitis sababii jedheef Sirbi Cubbuu miti jettanii hin fudhatinii.
    Heenoktu jedhe malee Wangeelatu jedhe miti.
    Sirbi Cubbuudhas cubbuu miti jedhee kan murteessu Waldaa kiristiyaanaati jedhee deebisuu isaaf Waldaa Kiristiyaanaa jechuun maal jechuu akka ta'e Heenokiin gaafachuun barbaada.
    Gaaffii kanaaf deebii kan ta'u macaafa Qulqulluudha, Kiristiyaanotadha.(warra maqaaf duukaa bu'an Mat 7:21--)
    Kanaaf Gooftaa lamaaf hojjechuu, jiraachuun hin danda'amu.
    Macaafa Qulqulluu akka malee hiikkattanii ofiis baddanii dhaloota hin balleessiinaan jedha.
    Heenok waan siif hin galle hin waliin hin makin, Wangeela Haafurri qulqulluun akka siif ibsuuf kadhadhu, Angafoota gaafadhu, Yeroo siif kenname kanatti hin qoosin!
    Gooftaan si jaallata, Dafii waan irraa kufte yaadadhu. Mul 2-3 dubbifadhu.Yoo ta'uu baate....
    Gabaabaamatti
    1Qor. 10
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ²³ Wanti hundinuu dhowwaa hin qabu! in jedhama, garuu wanti hundinuu immoo nama hin gargaaru; "Wanti hundinuu dhowwaa hin qabu!" garuu wanti hundinuu ijaarsaaf hin ta'u.
    ³¹ Egaa yoo nyaattan yookiis yoo dhugdan yookiis waanuma hojjettan hundumaa ulfina Waaqayyoof hojjedhaa!
    Kiristiyaanummaan Jireenya!

  • @DachasaAmsaluuDachoman
    @DachasaAmsaluuDachoman Місяць тому +1

    please maloo game Dawit girmaa fi bikilaa kabadee nuu fidimeee

  • @BerhanuFikadu
    @BerhanuFikadu Місяць тому

    Ammayyuu biyya lafaa keessaa hin baanee ati broo sirbi cubbuudha. Uumaa malee akkamitti uumama faarsuu?

  • @protestantmp3song6337
    @protestantmp3song6337 Місяць тому +1

    dhuma irratti lamaan keessanuu nagaadha mitii?

  • @QaroTesfae
    @QaroTesfae Місяць тому

    Qaalii keenya kun ❤

  • @forall-bx1ve
    @forall-bx1ve Місяць тому +1

    sirbi cubbuudha.maaliif yoo jettan, uumaan osoo jiruu waa'ee uumamaa kaasnee leellisuun cubbuu waan ta'eef.

  • @bifitubalina8596
    @bifitubalina8596 Місяць тому

    Aboo Waaqayyo siif haa dhisuu sirbii cubbuu min jedhaa kun

  • @MuletaTariku
    @MuletaTariku Місяць тому

    Gaame henock Afeeruke Areraa qopiikee baayee jaaladha.makmaksa tokko dhageseta,Namichaatu busii ykn maaba funaana, kan jireenyaa bara baarati jenan keessaa buuse, lamaffas dhufe kan Abidaa bara baarati jenaan iddoo dhaqaanii beekanii jedhe Achii keesaas buse. Henok immoo iddoo laachu jira kaanaf sirbiis isaa komaata farfanaanis isaa komaata kaanaf dhugaa dhoksaa Ani farfata dha jeedhef dubiinsa nan liqifamuuf minciraan sirbaaf biyyaa lafa keessaa waan du'e miiti. Yaadni isaa sumaanu waan qoore naati faakata. Gaafii waaye quraanii waaye Yesus maal jedha jedhus falla maacafa haasa.

  • @samueltsegaye67
    @samueltsegaye67 Місяць тому

    Sirbatu cubbuudha otuu hin taane, sirba cubbuudha kan jechisiisu; kan sirbamuu qabuuf dhiisanii kan biraaf sirbuudha jedheen yaada.

  • @Dandiyoutube_2023
    @Dandiyoutube_2023 Місяць тому

    ❤❤❤❤❤

  • @BirukBerhanu-cf3gs
    @BirukBerhanu-cf3gs Місяць тому

    Yaadi henok akkan ilaala jirutti namoota waldaa kiristana kessaa jiraniin falmii barbaade yokan namoota walda geggessan walii dubbi barbaadera ykn waliin ashu jechudha kanaf namonni waldaa geggessa jiran qamaf qaamatti bahani waan kana sirritti ibsuu qabu ani garuu akka yaada kootti garuu wanti yada waqayyo ofkessa inqabne cubbudha jedhe fudhacha ture amma garu tajaajiltonni bayyenis sirba fedhaa gatii jiranif dubbachuun ammaka gaara bahu itti taha kanaf pasterin ergaman wangelahin asbaha dubbadha yaada kana yoo sana achi namonni baayeen waldaa kessa bahani sirba albeema guutu gutuu nuufidu amma

  • @YoosefTolasaaQajeelaa
    @YoosefTolasaaQajeelaa Місяць тому +1

    Henko maliif sobdaa sirbuu cubbuu akkaa ta'ee in beektu waaqayyoo maal sin jedhaa waayyoo qalbii jijjiradhuu waaqayyoon kadhaati😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @Kookeetii-n5g
    @Kookeetii-n5g Місяць тому

    Akkaa farafata tokkottii Kuni sirraa hin egamuu walda kirisitan oso hin tanee atii debbii gahaa debisuu danadauu qabada

  • @Tom-u1g
    @Tom-u1g Місяць тому

    Abbee kan ati deebite namoonni si waamnaan dha? Waa'een DHUGAA GOOFTAA YESUUS KIRISTOOS siif galee jennaan deebitee natti fakkaatee turem.

  • @Guutee430
    @Guutee430 27 днів тому

    Sirbi qallaalii cubbuudhaaree! Cubbuudha malee! Ayi Heenokee😅😅

  • @abdiibc
    @abdiibc Місяць тому +1

    Buqqee wayii jedhiin. Sirbi cubbuu miti jedhee Waldaan Kiristiyaanaa cubbuudha jettee haa murteessitu jedhaa kun? Sirbi kun isa keessaa hin baane. Utuu akka sirbi gad dhiifama jalqaba kan dhaqee ilaalu isaadha.

  • @YeshimebetWoldesenbet
    @YeshimebetWoldesenbet Місяць тому +1

    Nama wajjin namatti siquun gaariidha, garuu wajjin ta'uu keessa gara Yesuusitti fiduu cimee irratti hojjachuu qaba. Gaarummaan namaa Yesusiin keessatti ta'uu baatnaan booda fudhatee baduu danda'a. Dhuguma Yesuusiin jaallata yoo ta'e hiriyaa Yesuusitti hin amatne, hin barbaadne kutee of biraa hambisuu qaba.

  • @romani4561
    @romani4561 Місяць тому

    Dhugaa jette hekon farfanna waqayoo mul,atani jennef ykn hafuran kanaaf nu irraadhabbatu seeri walada kirisita dhabisisu

  • @ashetufikiru5304
    @ashetufikiru5304 Місяць тому

    ati inni gaafatuyyu isaan Wal hin caltu
    dadhaba wayi

  • @negesaofficial5702
    @negesaofficial5702 Місяць тому

    Namiicha kana seexanaatu ittii fayyadamee dhaloota waldaa keessaa yasuu barbadee deebiin isa qubsaa miti ilaa dhugaa dubbachuuf dubbii ogummaa of keessaa hin qabne hasa’a jira
    Dubbiin Kristos akka badhaadhummaa isaatti isin keessa haa jiraatu; ogummaa hundumaan wal barsiisaa, wal gorsaas. Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis galata garaa keessanii Waaqayyoof faarfadhaa!
    Qolosaayis 3:16

  • @jiraataadhayesuus8617
    @jiraataadhayesuus8617 Місяць тому

    Henock sirbi cubbuudha🙌

  • @birhanuDebela
    @birhanuDebela Місяць тому

    Namichi kun dhibamaadha ayiiiiiiiiiiii😭😭😭😭😭😭😭

  • @pastorratatayeofficialtube9704
    @pastorratatayeofficialtube9704 16 днів тому

    Cubbuu jechuun maal jechuudha? dura kana deebisaatii, gara dhimma faarfannaatti deebi'uu dandeessu.

  • @bayisaregasaofficial3298
    @bayisaregasaofficial3298 Місяць тому

    Obboleessoo waldaan kiristaanaa eenyu?Galmadhaa?Girgiddaadhaa?Teessoodhaa?Waan hundumaa waldaa kiristaanaatti ofirra dabarsuun gaarii miti.Waldaan kiristaanaa Anaa fi si'i.Waldaan kiristaana nama.Sirba qullaa sirbu,wantoota cubbuutti nama kakaasantu sagantaa sirbaa keessatti argita.Baayyeen namootaa sirba booda gara siree deemu.Faarfannaan gara yaada waaqayyootti si buta.nagaa sii kenna.gammachuun guutamta.kamiifuu ati hin xumurre iddoo sanaa.

  • @yeroonkeeti4007
    @yeroonkeeti4007 Місяць тому +1

    Sirbi cubbuudha!

  • @Moetesgera
    @Moetesgera Місяць тому

    Hamma beekan dhirsa sooru! jedhan Mee lamaan keessaniifan gaaffii qaba naa deebisaa yoo dandeessan
    1.Kaayyoon keessan ajandaa uumuudhamoo dhugaa namoota media irraan isin hordofan hubachiisuudha?
    2.Sirbi cubbuumoo cubbuu miti jettee gaafatte henok immoo waldaan sitti ha himtuu jedhe kanaa mannaa anoo hin beekuu fayyuman maraatutu natti dubbannanin waldaa deeme utuu jedhee gaariidha ture! Maaliif abbummaa waldaaf kennuun isa barbaachise sababni isaa inni waldaa kiristaanaa mitimoo?
    3.Sirba isa kami gaaffiin ati gaafatte fknf macaafa qulqulluu keessaa akka ibsamee jirutti hiikasaa waliin gara shaniitu jira
    A) Sirba waaqayyoof sirbamu sirba qulqullaa'aa.S/Ba'uu.15:20-21,2Samu'eel 6:14,Faarfannaa.30:1-12,149:1-9,150:1-6
    B) Sirba waaqa tolfamaaf sirbamu.S/Ba'uu.32:18-21, 1Mototaa.18:36
    C)Sirba nama jajuuf ykn faarfachuuf sirbamu. A/Firdii.11:34, 1Samu'eel.18:6-9 ,1Mototaa.1:39-41,45, Matiwoos 14:6
    👉Inni kun sanyii isa sirbitootni hardhaafii duraanii nama du'eefii jiruf weeddisanidha kun umamaa wajjiin illee wal qabata!
    D).Sirba miira fooniif sirbamu ofii waan quufaniif gammadanii ykn nama biroo gammachiisuuf sirbamu.A/Firdii.21:21, W/Luqaas 15:25
    Kana mee dubbisaa ilaalaa isa waaqayyoof ykn Uumaadhaaf sirbamu kan A irra jirurraan kan hafe hundinuu cubbuudha🙅‍♂️
    Gaaffiikoof deebiin isin lamaanuu irraan barbaada tolee?
    Gara yaadan dhimma kanaaf qabuutti yoon darbe jarri sirban kun warri hardha media irratti duula oduu afarsan kun ilma waaqayyoo Yesus kiristoositti waan hin amaniiniif ammayyuu cubbuun isaanii itti farachiisee firdii jala jiru isaaf immoo W/Yohaannis 3:18 -20 Haa dubbifatan firdii kana jalaa ba'uuf immoo dafanii ificha isa ta'e Yesus kiristoos ilma waaqayyootti haa amanan isa booda hafuurri isaayyuu waan cubbuu ta'ee fi hin taane adda baasee hubachiisaan jedha! Galatoomaa! {Yesus kiristoos gooftaadha Mat.28:18}

  • @boontuu559
    @boontuu559 Місяць тому

    No dhugaa sirbi 100 💯 cubuudha

  • @Gamme533
    @Gamme533 Місяць тому +2

    BACK GOCHUU KOOF HIN GABBUU! (BACK GOCHUUN GAARIIDHAA JECHUUDHA?)

  • @abdifeyissa1415
    @abdifeyissa1415 Місяць тому

    Gammee atii gurbaattii mataa tuufoo nana hin dandeenye bilbilaa ishee naaf ergii irraa sii sirbaatii 😅😅 haasaan isaa waa naa yaadichisee ’isaa dur bokkaan utuu karaa wayii deemanii bokkaan amma caamuuttii jedhaani manaa karaa bukkee jiruuttii goraani, dhadhaabbatanii gidduuman namnii haasaama wayii kaasee waan hundumaa namaa irraanfachiisuu tokkoo sana yaadadhe ’ kitti jedhee kolfee Gurbaa Taamiruu Qeensee jedhaan tokkoo yaadadhe😅😅😂 pls maaloo bilbilaa Gurbaatti ❤

  • @tabordabala8895
    @tabordabala8895 Місяць тому

    Sirbi cubbuu mitti namicho; sirbaan oromoon cunqurfamuu saa keesa hanga ta’e baheera kunaafuu cubuudha hin jedhamu.

  • @ebisso2140
    @ebisso2140 Місяць тому

    Gorsa tokko Henokiif qabaa
    Cidaaf aka farfattu hogu siiwaamanii gattii gafalchiistu jalqabaa himu qabdaa malli aka issan gatti sihiman hingodhiin maliif amam aka dadhabdu siit'u bikaa

  • @Hundumak
    @Hundumak Місяць тому

    Sirbbi cubbuu dha. 🎉🎉🎉

  • @biliseamanuel7829
    @biliseamanuel7829 Місяць тому

    Tajajila Waldaan kristiyaanaa qabdu miti jechuudha ati mo ofii ke tajajiltaa? Waqayyof ha galatu waqayyo nama qaba Isa cubbuu taheen cubbuu kan jedhuu ati garuu nama soddata waqayyo soddachurra. Bayee nama gadidista macafa qulqulluu fiction gotekka abe sif ha dhissu😢

  • @DdG-bs6wu
    @DdG-bs6wu Місяць тому +1

    Bebin kee qubsaa Naf hin tanee enoki dhalotaa kararaa hin kashisin gurbaa sirbii cubudhaa

  • @HilifMathewos
    @HilifMathewos Місяць тому

    sirbi cubbuudha kan jedhu ifaan ifatti barreeffame hin jiru. garuu akkaataa hubannaa keenyaatu gargar malee. garuu baayyee kan na dhibe artistoota waliin hidhata qabdaa jedhamee yeroo gaafatamu baayyee na dhibe. sababnisaas artistoonni nama mitii? uumaa harka waaqaa minii? uumaan keenya tokko minii? gooftaan iyyeesuus cubbamootaa waliin nyaatee dhugeera

  • @MustefaSafayo
    @MustefaSafayo Місяць тому

    Namni kun garuu waan oftuulaaru natti fakkaate

  • @user-wn4en6wg
    @user-wn4en6wg Місяць тому +1

    Siirbii cubby dhaa

  • @Sportsentertainmentfun
    @Sportsentertainmentfun Місяць тому

    Turimee! Sirbi cubbuudhaa? Moo cubbuu miti kan jedhu iyyuu akkamiin mataduree ta'uu danda'a? Moo viral akka sif ba'ufidha kan isin irra dibdan. Sirbituun mootummaa waqayyo hinseentu hinjedhuu?

  • @shimelisshime5531
    @shimelisshime5531 Місяць тому

    Namchi kun waliin maktuudha maal odeessaa waaqayyo si haa qajeessu🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔

  • @NaolSamuel-pr2yl
    @NaolSamuel-pr2yl Місяць тому

    Vedios Kommentii as keesa jiru hunduma isaa akka nama sammuu qabuuti xiinxaleeraa trackii henok jorji qabate ykn ilaalchi isaa kan warra westernootaati maalifii isaanis akkasiti waa bayyee baleesani fkn warri saala walfakaataa degeranii yaada akka jorji qabu cubbuudha jedhanii jala muruu hin danda'aani maalifii hiriiyaa akkasii bayyee horatanii wajjiniin jiraatu. yoo cubbuudha jedhe hiriyoota isaa bayyee dhaba kanaafu neutral yaada isaa godhee hiriyoota isaa jereenya sana keesa jiran mufachiisu hin barbaadu kun yaada bayyee hamaadha waldaa kiristaana keesati CUBBUUDHAAF RED LINE JIRAACHU QABA maalifii dhaloonni akka cubbuuti hin jabaaaneef ykn akka hin shaakalleef

  • @Yesokoo-yr5ez
    @Yesokoo-yr5ez Місяць тому +1

    Akami nama jibisistu ?🤮🤮🤮🤮🤮

  • @tsegayeassefa634
    @tsegayeassefa634 28 днів тому

    Cubbuudha

  • @GadisaGuta-y6b
    @GadisaGuta-y6b Місяць тому

    Cuubbuu dhaa

  • @yadenikebede4724
    @yadenikebede4724 Місяць тому

    Sirbii cubbudhaa

  • @shimelisshime5531
    @shimelisshime5531 Місяць тому

    Sirbi cubbuudha

  • @lubalammeessaa680
    @lubalammeessaa680 Місяць тому

    Budduseen kun guddatee?

  • @LidoMamaye-qs4gq
    @LidoMamaye-qs4gq Місяць тому

    Sirbi cubbuudha!