Bayee namati toltuu bashahaa koo lamani kesanuu l love you somuchi oromoo koo qululuu ijolee oro❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚 Wari aka ko ijolee tana jalatani seri godhii
Wawuuu redi Kenya bayyee tokko namati tolitta Wonitta nama gamachisuu yanni kettii yoooho Kan bira kan siif dhamuu obisee tee sirittii kuninisii hedduu issiin jaladha
Redishoo wallahii FBkaa irrattii live arge ittii dhise you tube sii lalu dhufe.....jabadhuu baroon kun immoo jari wan nattii kasu nattii fakkata fixe ka'e toybadhaa wallahii kkkk
Maashaa allah tabarakallah obboleessaa kiyyaa fadilo rabbiin umrii sii haa dheerressuu deebiin ati debiste hundinu ni bareedaa .garuu redi yeroo inni shamara wolin badi hin dalanne jedhee dhugaa jirtuu siif himuu ati maaf maashaa allah jechuu dhistee auzubillahi jettee garuu dhifamaa wojiin gaafii akkana kana osoo gafatuu dhistee irraa baredaa maliif jennani rabbiinu ufi sattara badii hojatan gadi batani ufi hin saxilina jedha malee ufi odeeyaa hin jenne kanaafuu himna himi jechuun kee sirri miti obboleessa koo bareedaa jirtani itti fuufaa qaqaliwwaan ilman oromo hundaa keessanu isin jalanna 😍😍👍👍👍
@Haroo Tube isinumti waan gaari hojjannani nama maati isiniif ta'u hin dhabdani jabadha waan garii hojadha lammii koo👍
ua-cam.com/video/z0rTtsJdv14/v-deo.html
Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii
Ridii gafii woyii si gafachun barbaade garuu comment jaalati si gafachu hin barbaane maalin si argaadha
@@ummiitiyyaaayuunii1463 umiye matinaftahime
Jaal fadil kun mashalla dha. Dhira fuchuu irra du'ee shahidee ta'uu wayya jedhe Takbiir الله اكبر
Ani mana keetif haarawaa dhugaa baayyee nama bashannansiista 👍👍😍😍
Mashallhaa raabbiin zina jala sii haa basu jali fadilo kenya mashallhaa 💋💋💋❤❤❤❤😍😍 ijolen hararge imana qabdani aka ijole tena Arsi harara baye hin qabni
Arsiin hoo😁
Garrani mali uuuuu
Ziyinabi dhiffama hojjiin mattii naffii tayyii
Wel come redi & Jal fadilo
Jabadha oro 🤙
Nuur tube kotu matii naa tayii sanyii wali haa gudisnu please 🙏
Sanyi ko maaloo maatii naaf ta'i
Please mati na ta'ii sanyii
@@rarraastube3529 maati naaf ta'i
@@ayanoorotube3890 maati naaf ta'i
Wolicamee Redii & Jalaa. Fadiloo
Jabadhaa wolitii mudaa ijoollee Qashitii ❤💚❤💚❤Heduu Namati Tolotanii jabadhaa🤟🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤
WELCOME ...... ridiyyee😍
Baga ngh dhuftan qashtoota ijoollee oro😍
shamara woliin yoom ciifte jechuun zinaa yoom daladde jechuudha heeybii wolii wol hin baasinaa please caaltuu filadhu dasiin si dhiiftee nama biraa filattee turte mark show irratti
Bayee namati toltuu bashahaa koo lamani kesanuu l love you somuchi oromoo koo qululuu ijolee oro❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚 Wari aka ko ijolee tana jalatani seri godhii
Bagum ilmaan Oromoo tattan Nufi jiradha ❤❤👌
Hawwii mati naaf ta'i please
@Haroo Tube mati naaf ta'i please sifin deebisa comments godhii
❤️❤️❤️
ua-cam.com/video/z0rTtsJdv14/v-deo.html
@@netsanettube9580 Tolee
maashaa allah dhugama akka jettu kana yoo durriyyee tahuu baatte hedduu namatti tolta Jaal Faadiloo keenna dhiirri akka keetii haa baayyattu addunyaarra.
Zinaa rabbiin haraama godhe irraa fagatani hara gayyun Araadumma olaanaadha, qanfii malee himuu qabda
Uuuuuuuuuufiiiii kani Abiyii iraa nafii ijatee dhugaa ketii wollaah
Mashalaa tbarkalaa jali fadili kenyaa nafi jiradhu yomu ♥️💔♥️💔♥️🔵♥️🤍♥️🤍♥️🤍♥️🤍♥️🥰♥️🥰♥️🥰💚❣💚💓💙💚💙💚💓❣💓❣💓❣💓❣💓❣
Please mati na ta'ii sanyii
Maati naaf ta'i
👍
@@ayanoorotube3890 ok sanyii koo 🥰🥰🥰
@@smartbm2291 ok 🥰🥰
Jabadhaa ilmaanii Oromo nufii jiradhaa yadafii muradaa keessaan rabbiin isiinifii haa gutuu
Ride waly hararage oso hin funee dhal walin hin cisan aka Arsiiti dhifamaa 😅
Ridin bale Male arsi miti
Kuni gafi ummanni gafate Male gafi riditi miti
Bayee namati toltuu jaal fadiloo ❤️❣️❣️😘redi 😍😍jabadhaa namti tolaa gafin fadiloo redi jajabesaa ijolee oromoo❤️❤️❤️❤️❤️💚❤️💚❤️
Hawa mattii naffii tayyii
Baliyoo 🔥🔥🔥🔥🔥🥰🥰😘😘
Maatii naaf tahi
Maleha mati naaf ta'i please
Maleha Mati naa tayyii Qaliko
ua-cam.com/video/z0rTtsJdv14/v-deo.html
@@mositube3622 matinaftahime
Riidiyee Jabbaa keenya ilma baaliyo ❤💚❤baayy'ee isin jaaladha 😘😘😘😘obseen maa bade😢
Jiradhuu sanyii motii❤💚❤
Maatii naaf tahi sanyii koo
Fozii oromo matii naa tayii sanyii wali haa gudisnu please 🙏
Please mati na ta'ii sanyii
Fozi mati naaf ta'i please
Kkkkkkkkkk
Jabadhuu redishaa jaal fadiloo heduu sii diqisifaadhaa gafii atii maliif gafii akkanaa gafataa?
Wowwww♥️♥️♥️♥️♥️💓💓💓
Riyaana dhiffama hojjiin mattii naffii tayyii
@@shukareeoromoo9295 matinaftahi oromoko
Maashaa Allaah Jal Fadilo ilmaa biyyaa tiyyaa qalii Galatomaa Atii fii Ridii kush jajjabadha
Matii naf tayii Qaliko
Nattuu duraa laleee oromoo koo qomoo koo matii naaf ta'aa 🙏🙏💚❤️💚🇧🇫🙏😭🙏🙏🙏🙏🙏 galatoma
Matti na'af ta'ai habibti koo
Maatii naaf tahi sanyii
Sanyi ko maaloo maatii naaf ta'i
@@hayyatiwallagga9337 sanyi ko maatii walii haa taanu
@@hayyatiwallagga9337 ok atisi naaf ta ii qashtii Koo
Gafiin kee garuu namaa machesaa👍👍👍Oromoo koo bagaa kenyaa tatee🌲🌳🌲🌳❤💚❤❤💚💚
Matii naf tayii Qaliko
Jal Fadilo wayo baye Das jedha wolahi 🥰😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Matii naf tayi Qaliko
Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii
Baye, en sijaladha ojji keele
How
Mashaaa Allaa tabbaakallaa Rabbiin jartiii Haallaallii Sii haa wafaaquu inshaa Allaa 🥰🥰 Redii Homaa homaa Akkaa dhalaa godhaatu Kaa Ufira dhisii
Silaas Caaltun Tiyyaami Abo Redi baga gaafattee dhugaa 😍🤩
Ati asis numa jirta?😂😂
Hhhh
Yaa
Jaal fadillo😍😍
Sameera mati naaf ta'i please
Mashalla Allahu Akbar
Jaal fadilon dubrumaa qabaa waqa😁😁
Jal fadiiloo keena Wowow Adabiin Ati Dr Abiyii adabdu kun naf tahee jira Dhugaa 👍👍👍👍😅😅😅Abiyii saree kana😆
👌👌👌👌👌👌❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Masha Allah abibii Fadiloo ❤❤ redii qaliiikoo
Wow guys so funny 🤣 ❤
Muktar Mati naa tayyii Qaliko
Galatooma qaliiwwan keenya garuu bakka abiyii jette sani bàay ee naa gamachiiftee dhugaadha qaalii oromoo haacee leencaa oromoo nuu jalaa nyaate jawen Kun
Kkk qaliwaan koo siin jalanaa♥️
Maatii naaf tahi sanyii koo
Tjv Mati naa tayyii Qaliko
Wow jallii faddiloo irraa na qabbee mallii na woyyaa RIDI kiyaaa bohaa jirraa naffii gaffadhuu haddarraaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💗💗💗💗💗💗💗💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Wow, wow, beautiful
🥰🥰🥰🥰🥰
Please mati na ta'ii sanyii
dstu mati naaf ta'i please
Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii
😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤Mashaalah Mashaalah Rabbiin umrii isaan haa dheeresuu isaan lamanuu nuuf jiradhaa
Wowoowo ❤👌
Ofiin b Mati naa tayyii Qaliko
ua-cam.com/video/z0rTtsJdv14/v-deo.html
Wowowo hedu namati tola ijolee bashasha tenyaa qa qali
@@iiliyaasmahammad3154 Mati naa tayyii qaliko
Ofiin Boontuu matii naa tahii Luubbuu
Waawwuu mashaallaa hedduu namattii toltani qeeroowaan kenyaa nuuf jiraadhaa bar Kuma
Jaal fadiiloon ❤❤❤❤❤duree jannata tahu fedha
Jal fadilo.koo dasi nama jeta abbo atis redisha kushi mani jabadhu itti fufi hedu si jaladha kani oromumma❤💚❤
Bayyee namatii toltuu saboontota oroommoo,☝☝👍💜
Wow obbollotako bayye namati tola dhuga jabadhaa muca kana bayye jalladha akka obbollesa kiyati dhugaaa😍😍♥️♥️♥️
Subcribe na tolchi
Wallaah jal fadiloon kun nama gariidha umrii dheradhuu obbollessa qalii Redichoo jechoota muslimaa irraa sii fagessu nama hin gafatiin hadaraa
Bakka Abiyyii sanatii 😂😂😂😂😂😂👏👏👏👏👏👏
Baga nagan dhufite ridii kenya jabadhu itti fufii 😍😍♥️
Masha allhaa amallee hallal mallee iraa siihaa eguu
Walayii jaal fadiloon kolfanii nuu fixee ijaaf gurrii naa hafuu meshan kiyyaa chawuu hedhee kkkk hayyii ijolee kolfan nuu fixanii kottaa ijolee oromo like godhaa warii jaal fadiloo jalatanii
welcome Riidiyyee ati namootan akkaan diqisiifadhu keessa isa tokkoo ❤💚❤
Redi keennaa bagaa oromoo Tatee jabadhuu Baredaa oro ko
Welcome baga ngy dhufte Rediko
Wowowowowowowow
Kolofani dhumee abo ijolee
Woooowwwww maashaa allh walhi baayyee namatti tolaa
sanyii koo jabadha
Mashaa allaa akumaa kiyaa rabii zinaa iraa sihatisuu qalii
Baga ngayaa dhuftee jali fadilo qalii koo nufii jiradhu ❤ 💚 ❤💘💘
Maashaa Allaah
Maasha Allah
Fadilo @Redii dhuga bayee namati tolitanii fadiloyee qashixi kenya 💚❤🥰🥰🇧🇫✌💯🐅
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa jal fadilo nama garidha atti
Maashaallaah tabarkal ijara hafa qaqalii
I love ❤ 😍 💖 ❣ 💕 💘 ❤ 😍 💖 ❣ 💕 💘 ❤ jaal faadilo nama gaariidha Maasha Allhaa Maasha Allhaa Maasha Allhaa Maasha Allhaa Maasha Allhaa Maasha Allhaa Maasha Allhaa Maasha Allhaa Maasha Allhaa Maasha Allhaa
Baay'ee sii dinqisiifadha
Dhugamaan ati dhalaa bira yeroo xiqqeennaa malee hin tuqne taanaan maashaa allaah akkasumatti itti fufi jaal fadl dogongorri reedii ammoo maal rakkoo qabu kun waan salphaadha jechuun qabdu maaf rakkoon qabne rakkoo guddaa qaba sanuu duniyaaf aakiraattis kanaaf istagfara godhi
nuufii jiraadhuu ijollee qaqalii
Waaaw mashallah jabadha
Aswrwb akkami nagya jiraa jabadhuu
Mashalaa tabarakalaa caaltuu jedhi woni galee hagaluu calltuu bekamtuu oromoo birtii♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️❤❤❤❤
Shamsiya mattii naffii tayyii
Jaall fadiloo rabbii yaadaa muradaa kee sif yaa gutuu rabbii
uuuuuiiiii Riidii ojiikee nyadhu kiiyaa Afan Qorsitee boo mucaa miskinaa 🌹🌹
yes😍😍😍
Maashaa allaah jaal faadilo😍😍😍 rabbii umurii sii haa dheresuu
Subcribe na tolchi
Jal fadillo akkoon isaa nama hayyuudha Adaabaan guudiftee mashallah
Subcribe na tolchi
Mashallah ridi man kush Galatomi fadilo nuuf dhiheysu ketif 🙂🙂🙂👏👏👏😍😍😍❤️🩹❤️🩹❤️❤️❤️🛑🙌🙌🙌☪️☪️☪️ramadan kariim 2022
Mashaa alaa mashaa alaa mashaa jaa.fadiloo qashtii nama
Wawuuu redi Kenya bayyee tokko namati tolitta
Wonitta nama gamachisuu yanni kettii yoooho
Kan bira kan siif dhamuu obisee tee sirittii kuninisii hedduu issiin jaladha
Gaaffii akkami aboo, odoo xiqoo itti yaadde gaariidha nuti Muslima barr Yoom muxee salte jattaanii Come on Man !!!
Mashaa allaa walhii dhugaa mucaa fadiloo jedhamuu kun mashaa allaa rabbiin taa halal sii haa kenuu
Rabiya dhiffama mattii naffii tayyii
Jabadhuu jabaa keenna R
Mashallahaa
Riidi gaafiwwan kee fooyyessi🥰🥰
Redishoo wallahii FBkaa irrattii live arge ittii dhise you tube sii lalu dhufe.....jabadhuu baroon kun immoo jari wan nattii kasu nattii fakkata fixe ka'e toybadhaa wallahii kkkk
Abiyyoo Kenyaa nuf jiradhu qalii namaa
Jabaadhu dhugaa namattii tolaa 🥰🥰
Siifaan maatii naa tahii Luubbuu
maashaa allaa dura duba
keessan laala,✌️👈♥️❤️💯👍
Maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa mucaan yaadaa garii qabaa🥰🥰
Jaabaadhu Reedishaa
Wel Come Redi Man Kush
Maashal'ah tabakallah Obboleessa kiyya fadilo
Jabadhuu ittii mudii
Riddiyye or jal fadilo ilove you
Welcome baga nagaha dhufatee orommoo tiyyaa qallii jiradhuu ittii fufii
Bayyee namaa tollaa
Maati naaf ta'i
Ridiyee uuuuuuuyyyyyy muudii kee onnee koo na keessati ajjesee osoo si argee du'ee maloo😭😭😭😭😭❤❤❤💋💋 yeroo ilkaan kee ilaluu baay'eema ofii dadhabaa🧏♂️😭
Hhhh haadhaa mana qaba ufii jajabessii🤣
Obsenii sini arginii
Maashalla maashalla maashalla waan of sany koo daamm
Akkaa isiin jalladhuu qaliwaani oromooo ❤💚❤💯💯💯💯😂😂😂😂😂😂😂😂😂🥰🥰🥰🥰
Kkkk amala ulee jiraa bagaa qabamte jaal fadiloo uleen namaa qajelchituu habiibii kkk galatoomaa hundaafuu nuu bohaarsuu kesaaniif
Jaal fadilo waan biraatif garaa na nyaattuu diinii rabbii beekuu fi saboonumma isaati