Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Prof. Mohammed. Galatomma. Rabbi Umuurri keessan haa deereessuu.Jirradhaa.
Lubbuu dheeraa nuuf jiraadhu professor. Maqaan kee iyyuu nuuf, oromoof guddaadha.
Mash Allah rabbi umurii isini haa dheeressu oromo koo
Mashalaaha
Gazexanyaa kuuni bayee naati tolaa akkama bareeda loqodini oromo inni dubaatuu wow
Tnx omn !hayyuu sammuu qaraa nuuf dhiheessuu keessaniif, oromummaa irraa barannee eenyummaa keenya ragaalee seenaa irratti hundoofnee afaan guutnee dubbchuuf, barreessuuf,barsiisuu fi waan humna qawweetiin dhabne deebifachuuf goonu sirriitti addunyaatti baasuu fi .....kkfniif
Well come Prof. Mohammed baga dhiihaatu. Tks
Thank you prof. Mohamed Hassen. Highly respected intellectual and Your contribution is second to none !!
Umrii dheeraa isiniif hawwina hayyuu keenya
Hayyuu Oromoo umurii dheeradha!
Thank you, Prof. Mahmmed Hassen.Big respect. Long life
mashalla rabbin bekumisa isin haa dabaluu jabadhaa
Umurii dheeraaf fi fayaa siif yaalaatu waaq gurraachi
I Bigg respect prof. Mohamed hassan💕
One of the brilliant minds behind the Oromo movement
Guyyoo kana hin dandeysu dhissi Tayyedha sete Abbaa Kenya hin marachini senaa irraa baradhu lakkiin
Thanks a lot professor Mohammed Hassan. You are an inspiration to all of us.
Professor kenya hedduu galatoomi . Hayyuu oromoo.
Hayyuun bakka jirutti nufhaa turu badhaasa adunyaati waan taheefi
thank you professor Mohammed hasan Alii
Beekaa kenyaa yomuu sikabajinaa nuuf jiraadhuu. Midiyaan OMN Beekitootaa keenyaan wolnubarsisuu keessaaniif ba,ee issin galatonfanaa.
Welcome brother Mohamed Hassan
Hayyuun akkaan jaaladhu ati professor Mohammed Hasan jabaadhu amri dheertuu sii haa khennu🤗🤗😍😍jabaadhu atis gaazexeessaa Guyyoo hedduu si jaalanna.
Good job, professor!
bayee bayee tokkoo galatoma ,with OMN OMN OMN and Guyyoo
wowowwwuuu sabbototaa oromo rabbii umuri keessaan hadheressuu
Umri dheradhu professor
Waan Baayye sirra waa baratan odoo yeroo dheertu haasawu carra kannaniif gaarii ture
I wish you long live pro.
Umrii dheeradhaa
Yaa waqa Bekaa nuf bulchi....
Brilient & wise idea.
Oromoon kabajaa beeka,gaazexessa !
ኦሮሚኛ የሥራ ቋንቋ መሆን አለበት።Affan Oromo must be official working federal language
Dhugaa kaa fuudhattan Tahee Qabsoo haaqaa Godhaa malee waanuma Hin fakkannee Hin hojjaattiin Baadhasaa Jeettannii Heedduu Nama Qaafachiisaa Baadhafnii keessaan
Profeseer mahamed Hasan Ali O Saan is Laeete.
Nice to meet you
prof. gudda gudda galatoma umrii dheera isiinif fedha
Galatoomaa prof!
Akkaataa kitaabni isaanii itti argamu gaafadhaa.
Najiradhu umrii dheradhu saney sibona bona oromo
❤❤❤❤
Professor Mohammed hassen jiradhaa
Sin jaalladha guyyo hamma jaalale koo sijaalachu baadhus bagan si arge waa hundaafu qashti namaa
Dhugaa qabda guyyoo wariiyo jalaalaf kabaaja siif qabu irra kaun akkatti si faarse kanaafu hojji kee si faarse ammallee jiraadhu ulfiinaaf kabaaja wajjin
Mee kitaaba tana email irra naaf kaayaa. Warri qabdan! "The oromo of Ethiopia" Kitaaba kana namni qabdan ...
Long live porfeser
Jiradhu umrii dheradhu
Baga jirate
Jiradhu ati
Oromoon Haayyota Jajjaboo Akkasii Qabaachuun isaa Hedduu nama Boonsa! Nuu Jiraadhu Pr. Mohammed Hasan!! Garuu Hayyootni Oromoo Kitaaba Afaan Oromoon Barreessuu irraatti hanqina Guddaa qabu!! Maaliif Afaan Oromoon Barreessuu dadhabaniii?????
Welcome ❤️💝💗🥰😍👍💯💪💪💪💪💪💪💪👍💖💘💗💕🧡💙💜
I wish I speak like you guys make me feel jealous
Gudaa galatomaa
Piroofeesar Mahaammad Hassan Alii hayyuu Oromoo kan idila addunyaa onnee keenya akka lubbuu kiyyaattiin jaaladha.
👌👌👈
Vowels=dubbachiiftuu
Prof. Mohammed. Galatomma. Rabbi Umuurri keessan haa deereessuu.
Jirradhaa.
Lubbuu dheeraa nuuf jiraadhu professor. Maqaan kee iyyuu nuuf, oromoof guddaadha.
Mash Allah rabbi umurii isini haa dheeressu oromo koo
Mashalaaha
Gazexanyaa kuuni bayee naati tolaa akkama bareeda loqodini oromo inni dubaatuu wow
Tnx omn !hayyuu sammuu qaraa nuuf dhiheessuu keessaniif, oromummaa irraa barannee eenyummaa keenya ragaalee seenaa irratti hundoofnee afaan guutnee dubbchuuf, barreessuuf,barsiisuu fi waan humna qawweetiin dhabne deebifachuuf goonu sirriitti addunyaatti baasuu fi .....kkfniif
Well come Prof. Mohammed baga dhiihaatu. Tks
Thank you prof. Mohamed Hassen. Highly respected intellectual and Your contribution is second to none !!
Umrii dheeraa isiniif hawwina hayyuu keenya
Hayyuu Oromoo umurii dheeradha!
Thank you, Prof. Mahmmed Hassen.Big respect. Long life
mashalla rabbin bekumisa isin haa dabaluu jabadhaa
Umurii dheeraaf fi fayaa siif yaalaatu waaq gurraachi
I Bigg respect prof. Mohamed hassan💕
One of the brilliant minds behind the Oromo movement
Guyyoo kana hin dandeysu dhissi Tayyedha sete Abbaa Kenya hin marachini senaa irraa baradhu lakkiin
Thanks a lot professor Mohammed Hassan. You are an inspiration to all of us.
Professor kenya hedduu galatoomi . Hayyuu oromoo.
Hayyuun bakka jirutti nufhaa turu badhaasa adunyaati waan taheefi
thank you professor Mohammed hasan Alii
Beekaa kenyaa yomuu sikabajinaa nuuf jiraadhuu. Midiyaan OMN Beekitootaa keenyaan wolnubarsisuu keessaaniif ba,ee issin galatonfanaa.
Welcome brother Mohamed Hassan
Hayyuun akkaan jaaladhu ati professor Mohammed Hasan jabaadhu amri dheertuu sii haa khennu🤗🤗😍😍jabaadhu atis gaazexeessaa Guyyoo hedduu si jaalanna.
Good job, professor!
bayee bayee tokkoo galatoma ,with OMN OMN OMN and Guyyoo
wowowwwuuu sabbototaa oromo rabbii umuri keessaan hadheressuu
Umri dheradhu professor
Waan Baayye sirra waa baratan odoo yeroo dheertu haasawu carra kannaniif gaarii ture
I wish you long live pro.
Umrii dheeradhaa
Yaa waqa Bekaa nuf bulchi....
Brilient & wise idea.
Oromoon kabajaa beeka,gaazexessa !
ኦሮሚኛ የሥራ ቋንቋ መሆን አለበት።
Affan Oromo must be official working federal language
Dhugaa kaa fuudhattan Tahee Qabsoo haaqaa Godhaa malee waanuma Hin fakkannee Hin hojjaattiin Baadhasaa Jeettannii Heedduu Nama Qaafachiisaa Baadhafnii keessaan
Profeseer mahamed Hasan Ali O Saan is Laeete.
Nice to meet you
prof. gudda gudda galatoma umrii dheera isiinif fedha
Galatoomaa prof!
Akkaataa kitaabni isaanii itti argamu gaafadhaa.
Najiradhu umrii dheradhu saney sibona bona oromo
❤❤❤❤
Professor Mohammed hassen jiradhaa
Sin jaalladha guyyo hamma jaalale koo sijaalachu baadhus bagan si arge waa hundaafu qashti namaa
Dhugaa qabda guyyoo wariiyo jalaalaf kabaaja siif qabu irra kaun akkatti si faarse kanaafu hojji kee si faarse ammallee jiraadhu ulfiinaaf kabaaja wajjin
Mee kitaaba tana email irra naaf kaayaa. Warri qabdan!
"The oromo of Ethiopia" Kitaaba kana namni qabdan ...